Ebisa Bayissa @eebbisaabaayisaa Channel on Telegram

Ebisa Bayissa

@eebbisaabaayisaa


Eebbisaa Baayisaa_ Nama biyya Oromoo (Amharic)

አማርኛnnአሁንም ሚስቴና ከገዛ ከአፋርጋ ወድቆ እየመጡ አንደኛው የተለያዩ እና ማንኛውም ሀገራት፤ በዚህም ባስፈንገም የሆኑትን ጥቃት ተጠቃሚዎች እና የኢትዮጵያውያን ህዝቦች፣ ከሀገሬ ውጪ ያለውን ምሁር እና እምቢይ ያገለገሉን ጥቃት ምላሽን በሚያመልጦእና በአንዱ እና አንዱ እና በሊስት መኖሪያ እያመታቸው እንደወደቁ ስለሰምቻል። ስለዚህ፣ የሚነፍሰውን በመጪው ኣዳናትድ በመጥፎ እና በመልክት ወዳጄን ግዜ እየሠራ የሆኑ እና ስለሚታወቁ እና ፈጣን ኣላስለውም።

Ebisa Bayissa

25 Jan, 12:42


Kitaaba kana gabaa irraa argachuu dandeessu. Ammaaf manneen kitaabaa naannoo Atoobustaraa jiranii argattu.

Ebisa Bayissa

11 Jan, 18:20


Marii guddaatti jirra. Ammuma seenaa nu hordofaa!

Ebisa Bayissa

11 Jan, 18:19


https://meet.google.com/jei-mhtj-tsy

Ebisa Bayissa

09 Jan, 12:43


Dhugaan_Ni_Mo'a!
(Eebbisaa Baayisaa)
"Dhugaan ni qal'atti malee hin cittu!" dubbiin jedhu mammaaksa qofa miti. Dhugaa walii galaati. It is a universal truth! Hammamuu haa qal'attu, hammamuu waan cittu haa fakkaattu malee dhugaan cittee badduu hin baatu.
Eenyu iyyuu yoo ishee awwaale awwaala dhugaan diigdee hin kaane hin jiru. Maaliif? Dhugaan dhugaadhakaa!
"Karaan sobaan darban gala nama dhiba!" inni jedhamus mammaaksa humna guddaa of keessaa qabudha. Sobaan hamma ta'e deemuun ni danda'ama. Rakkoon isaa garuu karaa sobaan darban sana irra lammaffaa deemuun hin danda'amu! Sobni sobadha. Raawwatee dhugaa ta'uu hin danda'u.
Qannoo fi qananii sobni nama gonfitu irra gidiraa dhugaan nama agarsiistu wayya. Quufa sobni hamma handhuurri nama hiikkatutti nama quubsitu mannaa godoo dhugaa keessatti beela'uu wayya. Biiftuu sobaa qarri ishee ija nama waraanu irra dukkana dhugaatu humna qaba. Yeroof malee, yeroo booda biiftuun sobaa jaamtee dukkanni dhugaa bari'uun akka waan ta'eef.
Biyyi koo namoota akaakuu lama qabattee tirachaa jirtu. Muraasa sobni kabajjee fi miliyoonota dhugaan gidirsitu. Lachuufuu ergaan koo kunooti: Bor akka har'aa miti. Sobatti dhihuuf, dhugaaf immoo bari'uutti deemaa jira. Kanaafuu, namoonni dhugaatti cichitanii dukkana dhugaa keessa jirtan abdii hin kutiinaa. Sobni akka bari'etti dhugaan immoo akka dhi'etti hin hafu! Darbuun isaa dirqama!
Eebbisaa Baayisaa

Ebisa Bayissa

24 Nov, 18:58


Galatoomaa!

Ebisa Bayissa

17 Nov, 06:51


Channel name was changed to «Ebisa Bayissa»

Ebisa Bayissa

17 Nov, 06:50


Qophooftanii?

Ebisa Bayissa

17 Nov, 06:49


Nagaan hunda keessaniif haa ta'u!

Eebbisaa Baayisaa_ Nama biyya Oromoo

21 Feb, 09:28


"'Haa taa'u!' jedhe Jaldeessi dhagaa galagalchee bofa jalatti argee!" jedha Oromoon yoo mammaaku.

Eebbisaa Baayisaa_ Nama biyya Oromoo

21 Feb, 09:27


Channel name was changed to «Eebbisaa Baayisaa_ Nama biyya Oromoo»

Eebbisaa Baayisaa_ Nama biyya Oromoo

21 Feb, 09:26


Deemsi itti fufa!

Eebbisaa Baayisaa_ Nama biyya Oromoo

07 Dec, 07:09


Dilbata dhufu turtiin keenya Bilisummaa waliin haa ta'u. Dargaggoo qaxalee kana haa jabeeffannu. Yeroo fi bakka poosterii irra jirutti argamnee ogbarruu keenya haa jabeessinu.
#deemsiittifufa

Eebbisaa Baayisaa_ Nama biyya Oromoo

24 Nov, 10:15


Kitaabni asoosamaa barreessaa Boriifam Baacaan barreeffame qulqullina ol-aanaan maxxamfamee xumuramee jira. Namni kamuu akka dubbisun dhaama.

Eebbisaa Baayisaa_ Nama biyya Oromoo

15 Nov, 13:05


Deemsi itti fufa!

Eebbisaa Baayisaa_ Nama biyya Oromoo

15 Nov, 13:04


Channel photo updated

Eebbisaa Baayisaa_ Nama biyya Oromoo

15 Nov, 13:04


Channel name was changed to «DEEMSI ITTI FUFA»

Eebbisaa Baayisaa_ Nama biyya Oromoo

12 Nov, 10:41


"Si dhukkuba yoo ta'e ati lubbuun jirta. Dhukkubni namoota biroo si dhukkuba yoo ta'e ati nama!"
_Fyodor Dostoevsky

Eebbisaa Baayisaa_ Nama biyya Oromoo

12 Nov, 10:40


“If you feel pain, you’re alive. If you feel other people’s pain, you’re a human being.”
— Fyodor Dostoevsky

Eebbisaa Baayisaa_ Nama biyya Oromoo

08 Nov, 17:13


Jettaniiree?

Eebbisaa Baayisaa_ Nama biyya Oromoo

03 Oct, 10:27


Qondaala, Beegii fi Gidaamiif haa birmannu😭

Eebbisaa Baayisaa_ Nama biyya Oromoo

02 Aug, 16:12


Channel photo updated

Eebbisaa Baayisaa_ Nama biyya Oromoo

02 Aug, 16:11


Gidduu kana!