BURQAA JAALALAA @burqaa_jaalalaa Channel on Telegram

BURQAA JAALALAA

@burqaa_jaalalaa


Baga nagaadhaan gara Channel keenyaatti dhuftan!

Channel keenya join taasifadhaa!

BURQAA JAALALAA (Oromo)

BURQAA JAALALAA jara Afaan Oromoo keessatti dhufte. Kan jedhu keessaatti 'Jaalalaa Qurxamaa' jedhu hoggantoota adda addaatiif itti fufa. Kan duraanii kan jaalalaa Oromoo irratti hundaa'u, akkasumas karaa adda addaatiin akka fudhate kana irraa jiran. Burqaa Jaalalaa dhufte kana keessaa tokko ilaallatu, dubbisuu fi baay'ee fiilmii jaalalaatii Oromoo irratti murtii of keessatti dhiheessanii dha. Ani akkuma isaatti 'burqaa_jaalalaa' jedhu. Maal gootani hojjachuunis dubbate? Burqaa Jaalalaan bara baridha! Kan keenyaatti dhuftan, dhaabbata keenya join taasisuuf argachuudhaan. Haala kanaan hunda keenya malitti mufatteen keenya yoo dandaba. Dhaabbileen keenya hojjachuun hunda keessaa tokkoo dhimmootaaf carraaqqa. Sadii keenya malitti hojjachuudhaan kan gara channel keenyaatti dhuftan taasifadhaa! Dhuunfaa kan qabdan qajeela keenyaan saaqaa keenya buufadhu.

BURQAA JAALALAA

18 Oct, 22:47


Telegram Subscribers guddifachuuf

Inbox ๐Ÿฅท๐Ÿฝ @Khaveen

__
Channel keessan nu waliin tolaan beeksifachuuf nu qunnamaa.

1k ---10k
20k ---40k
50k ---100k

@Khaveen

BURQAA JAALALAA

12 Oct, 00:54


DUBARTII FI WANTOOTA AFUR 4

๐Ÿ‘ฉโ€๐Ÿฆฐ Wanti afur dubartii qofarraa bareeda!
๐Ÿ‘‰Dhiiratti heerumuu
๐Ÿ‘‰Ulfaa'uu
๐Ÿ‘‰Da'uu
๐Ÿ‘‰Hoosisuu!

๐Ÿ‘ฉโ€๐Ÿฆฐ Dubartiin waan afur himachuu saalfatti!
๐Ÿ‘‰Jaalalli yoo qabe
๐Ÿ‘‰Laguun yoo itti dhufu
๐Ÿ‘‰Gaaffii jaalalaaf tole jedhuu
๐Ÿ‘‰Fedhii saalqunnamtii!

๐Ÿ‘ฉโ€๐Ÿฆฐ Wanti afur dubartii gowwoomsa!
๐Ÿ‘‰Sobni dhugaa fakkaatu
๐Ÿ‘‰Dhugaan soba fakkaatu
๐Ÿ‘‰Dhiirri kolfee taphatu
๐Ÿ‘‰Qarshiin boru dhumattu!

๐Ÿ‘ฉโ€๐Ÿฆฐ Wanti afur dubartiirraa hin bareedu!
๐Ÿ‘‰Dubara akka ofiitti heerumuun
๐Ÿ‘‰Rifeensa murachuun
๐Ÿ‘‰Qaama ofii gurgurachuun
๐Ÿ‘‰Dhirsa ofii tuffachuun!

๐Ÿ‘ฉโ€๐Ÿฆฐ Dubartiin waan afur dagachuu hin qabdu!
๐Ÿ‘‰Uumaa ofii kadhachuu
๐Ÿ‘‰Jaarsa ofii gorfachuu
๐Ÿ‘‰Mana ofii bareeffachuu
๐Ÿ‘‰Qaama ofii dhiqachuu!

๐Ÿ‘ฉโ€๐Ÿฆฐ Dubartiin waan afur dhiira caalaa dandeessi!
๐Ÿ‘‰Jaalala mi'eessu
๐Ÿ‘‰Jireenya bareechuu
๐Ÿ‘‰Aarii qabbaneessuu
๐Ÿ‘‰Soba dhugaa fakkeessuu!

๐Ÿ‘ฉโ€๐Ÿฆฐ Dubartiin waan afuriin dhiira caalti!
๐Ÿ‘‰Amalaan
๐Ÿ‘‰Malaan
๐Ÿ‘‰Garraamummaan
๐Ÿ‘‰Sodaan!

๐Ÿ‘ฉโ€๐Ÿฆฐ Dubartiin waan afuriin jiraatti!
๐Ÿ‘‰Amantiin
๐Ÿ‘‰Obsaan
๐Ÿ‘‰Abdiin
๐Ÿ‘‰Jaalalaan!

๐Ÿ‘ฉโ€๐Ÿฆฐ Dubartiin waan afur hawwiti!
๐Ÿ‘‰Gaa'ela godhachuu
๐Ÿ‘‰Qabeenya horachuu
๐Ÿ‘‰Ijoollee horachuu
๐Ÿ‘‰Gammachuun jiraachuu!

๐Ÿ‘ฉโ€๐Ÿฆฐ Dubartiin waan afur namaaf taati!
๐Ÿ‘‰Haadha
๐Ÿ‘‰Obboleettii
๐Ÿ‘‰Haadha manaa
๐Ÿ‘‰Gargaartuu mana keessaa!


๐Ÿ‘ฉโ€๐Ÿฆฐ Dubartiin dhiira akkamii jaalatti?
๐Ÿ‘‰Kan isheef amanamu
๐Ÿ‘‰Kan amala gaarii qabu
๐Ÿ‘‰Kan jaalala isheef qabu
๐Ÿ‘‰Kan kaayyoo qabu!

๐Ÿ‘ฉโ€๐Ÿฆฐ Dubartiin dhiira akkamii jibbiti?
๐Ÿ‘‰Kan sobu
๐Ÿ‘‰Kan machaa'u
๐Ÿ‘‰Kan irratti jaalatu
๐Ÿ‘‰Dhiira sodaattuu!

๐Ÿ‘ฉโ€๐Ÿฆฐ Dubartiin waan afur ifa baastee dubbatti!
๐Ÿ‘‰Dhugaan yoo jal'ate
๐Ÿ‘‰Waa'ee nama rakkatee
๐Ÿ‘‰Waan hawwite yoo argatte
๐Ÿ‘‰Dhibeen yoo qabamte!

๐Ÿ‘ฉโ€๐Ÿฆฐ Dubartiin, waan afuriif jiraatti!
๐Ÿ‘‰Abbaa manaa isheef
๐Ÿ‘‰Ijoollee isheef
๐Ÿ‘‰Kaayyoo isheef
๐Ÿ‘‰Uumaa isheef!

Kanaaf Dubartii Kabaji!

๐Ÿ‘ซโค๏ธโ€๐Ÿฉนโค๏ธโ€๐Ÿฉน๐Ÿ’”๐Ÿ’—๐Ÿ’—๐Ÿ’Œ
@BURQAA_JAALALAA

BURQAA JAALALAA

16 Sep, 20:12


โญ•Hariiroo jaalalaa keessatti...!

โญ•Namni tokko gaafa si jaallatee/tte "si malee hin jiraadhu" jettu/dhu, Namni kun kanaan dura akkamitti jiraatee har'a ga'ee gaaffii jedhuti sitti dhufa. Garuu dhuguma namni kun si jaallatee/tteetti taanaan si malee hin jiraattu lubbuudhaan utuu hin taanee, Addunyaa jaalalaa isaa/ishee keessatti dhugumaan si malee hin jiraatamu jechuudha.
Malee yoo si dhabee lubbuudhaan Addunyaa kanarraa godaana miti.

โญ•Akka dhuunfaa kiyyatti, Ani Naman baayyee jaalladhu tokkoon Afaaankooti baasee "sin jaalladha" jechuun anaaf du'adha.
Sababni isaas yeroon nama sanaan akkas jedhu nama sanatti waanti Ani haasa'uu Saaksii/soba fakkaata jedhee waantan yaaduuf. Kunis sababan baayyee jaalladhuuf.

Yeroo nama jaallattu, 50% isheen, Innis 50% jaalladhu waanta jedhamuti jira. Kana jechuun sadarkaa jechaa qofaan utuu hin taanee, gaafa gochatti hiikamu nama baayyeema jaallatte Sana shakkaa jaalladhu akka booddee hin miidhmnetti jechuudha.

Yoo shakkuu dhiistee akkuma Waaqaatti amantee jiraatta ta'ee booda tarii yoo nama kana dhabde miidhaman suma taa'a jechuudha.
Hub: Gaafa shakkitu garuu jaalalakee nama sanaaf qabdu hir'ista jechuu miti. Dabalteeyyuu jaallachuu qabda.

๐Ÿ‘ซโค๏ธโ€๐Ÿฉนโค๏ธโ€๐Ÿฉน๐Ÿ’”๐Ÿ’—๐Ÿ’—๐Ÿ’Œ
@BURQAA_JAALALAA

BURQAA JAALALAA

01 Sep, 19:10


Obbolaawwan lama turan:

inni tokko kan hawwaasni jaalatu, kan maatii isaa fi ollaa isaa waliin walii galuun jireenya isaa moo'atee jiraatudha. yeroo baay'ee Namoota abdii kutuun araada addaa keessatti kufaniif gorsa kennuun beekkama.

Inni tokko immoo waan isin ajaa'ibu araada addaa keessatti kufuun, kan hawwaasni jibbu, ollaadhan kan walii hin galle, haadha mana isaa ganamaa galgala reebudhaan kan rakkisuudha.

guyyaa tokko isaan lamaanuu iddoo tokkotti yaamun gaaffii wal fakkaataa gaafatan.
gaaffichis akkas jedha
jireenya akkanaa akka jiraattaniif sababni keessan maali? kan jedhu ture.
inni haadha manaa isaa reebu sun akkas jechuun deebiseef
abbaa kooti! yeroo daa'ummaa kootii yeroo hunda dhugee machaa'un harmee too ganamaa galgala rebuudhan rakkisaa ture. anis isan ilaalaa guddadhe akkamittiinan dhugaatii irraa bilisa ta'uu danda'a? isatu jireenya koo balleesse.
jechuun deebiseef

inni sunis gaafatame,
innis abbaa kootu akkan akkas ta'u na taasise. yeroo daa'ummaa kooti abbaan koo dhugaatii dhugee galee harmee too reebudhaan rakkisaa ture.
yeroo sana ani gochaa isaa kana ilaalen tasumallee haadha manaa too akkan hin raabne fi dhugee akkan hin machoofne waadaa ofiif gale. kaanaf jireenya koo isatu akkas taasise jechuun deebiseef.
rakkoon obbolaa kana lamaan quunname wal fakkaataa ture. garuu deebii isaan rakkoo sanaaf deebisantu gargari.

michuu koo jireenya kee kan balleessuu rakkoo si quunnamee miti, deebii ati rakkoo si quunname sanaaf deebistuudha.
baadiyyaattan dhaladhe hin jedhin, baadiyyaadhaa ka'ee kan iddoo hundi hin geenye gahe baay'etu jira.
maatin koo harka qalleeyyidha hin jedhin, waan uffatuuf waan nyaatu dhabee kan abbaa warshaa meeqaa ta'ee baay'etu jira
barumsi naaf hin galu hin jedhin, Thomas Edison ambuulii (bulb) ๐Ÿ’ก kan hojjate,  barumsi siif hin galu jedhanii erga mana barumsaatii ari'anii booda
Har'aan booda rakkoo si quunname faarsaa kufaatif harka hin kennin.
ati bar waan siin alaa namni kamiiyyuu hojjachuu hin dandeenye hojjattee akka deemtufi malee, teessee rakkoo si quunname akka faarsituuf miti kan uuman kee gara dachee tana si erge

๐Ÿ‘ซโค๏ธโ€๐Ÿฉนโค๏ธโ€๐Ÿฉน๐Ÿ’”๐Ÿ’—๐Ÿ’—๐Ÿ’Œ
@BURQAA_JAALALAA

BURQAA JAALALAA

28 Aug, 18:04


Deebitee dhufuu malti deebitees dhufuu dhabuu malti, ati yeroo waliin jirtutti waa hunda taataaf yoo tahe bara cufa yaadannaa keetiin gubatti.

Atumti hin miidhin, nama ganeetu boqonnaa dhaba malee namni ganame gaafa madaan san darbe ni boqotaa.

๐Ÿ‘ซโค๏ธโ€๐Ÿฉนโค๏ธโ€๐Ÿฉน๐Ÿ’”๐Ÿ’—๐Ÿ’—๐Ÿ’Œ
@BURQAA_JAALALAA

BURQAA JAALALAA

19 Jul, 14:58


๐บ๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘Ž๐‘› ๐‘—๐‘Ž๐‘Ž๐‘™๐‘Ž๐‘™๐‘Ž๐‘Ž ๐‘—๐‘Ž๐‘™๐‘ž๐‘Ž๐‘๐‘Ž ๐‘๐‘’๐‘’๐‘˜๐‘ข๐‘š๐‘ ๐‘Ž โ„Ž๐‘ข๐‘›๐‘‘๐‘Ž๐‘Ž๐‘ก๐‘– ๐Ÿ’

BURQAA JAALALAA

01 Jul, 18:35


Gurbaan ji'a tokko dura bultii ijaarrate wayii gara koo dhufe.Jaartii tiyya waliin wal dararaa jirra.Homaa walii galaa hin jirru.Adeeroo gubadhe naan jedhe. Anis Fuula isaa jeeqame argeen,jireenya koo hin jeequ jechuunan gara galee deeme.Na jala fiigee na qabe.Anis nan qabameef.

"Tole! maaliin si gargaara?" Anatu gaafate."Na gorsi." Naan jedhe.Aniis Ija isaa,ija nama gubatee fakkaattu keessa cal jedheen ilaale.Itti kolfuu barbaadeen,nama gubatetti kolfuun cubbuu natti ta'a jedheen keessa kootti kolfee caldhise. Ergasii gorsuun jalqabe.

"Jaartii kee hiikin" jedheen.Rifatee Luka isaa qabate.Xiqqo turee Luka kiyyas qabate.Namni yeroo rifatu Luka qabatuus akka jiru gaafasan hubadhe."Nan Du'a malee jaartii kiyya hin hiiku" naan jedhe.Anis nan gammade.Gara Gurra isaatti siqeen dubbadhe.Dubbii gabaabduu.Kanaafuu #Obsi! Jedheen biraa deeme.

Gurbaa kana waggaa tokko booda nan argeen.Dhiiroo...Akkam taate? jedheen gaafadhe.Hiikeetin jira Naan jedhe.Maaliif? jedheen gaafadhe.Obsan dhabe naan jedhe.Anis Rabbiin Obsa siif haa kennu.Namni obsa hin qabne bultii hin qabu jedheen fiigicha itti qabe.Akka Rifatee Luka koo hin qabanneef.๐Ÿ˜๐Ÿƒ๐Ÿƒ
๐Ÿ‘ซโค๏ธโ€๐Ÿฉนโค๏ธโ€๐Ÿฉน๐Ÿ’”๐Ÿ’—๐Ÿ’—๐Ÿ’Œ
@BURQAA_JAALALAA

BURQAA JAALALAA

18 Jun, 17:09


Jalqaba jaalala

Guyyaa sana erga
gaafa dura si argee
Ergasumaa jaalalli kee 
keessa koo margee.

iftee iftee baata
Bareeddee akka biiftuu
Silaa tiyya onneen
yaada keen dhiiftuu

Anoo argee hin beeku
kan akka kee eenyutu jiraa
Bareedina kee qofaa miti
Amalli kees kunoo haadha firaa

Galata uumaa kan ati
badhaasa too taate
jaalalli kan kee Baay'ee
gammachuu naaf laate.

keessaa bahuun hin ulfaatu
siif jedhee yoon bool'a bu'es
waa tokkollee hin gaabbu
Sif jiraadhee yoon du'es

sijaalannaan akkas naan
jedhu namoonni abbaa biyyaa
Suma waliin godaanuu
fedha waa qaama kiyyaa

Onneen koo suma jaalate
Shamarran biroo mootee
Akka waliin jiraannun fedha
jireenya koo fataa gootee

Yoo jaalala koon argin
kanarge sittaa ha himu
Ani si dhiisuun barbaadu
Jaalalli kee nattaa cimu

Si qofa waliin jiraachun
fedha hangan lubbun jiru
Jaalalan ani si'iif qabu
Nama biraatif tasan hiru.

๐Ÿ‘ซโค๏ธโ€๐Ÿฉนโค๏ธโ€๐Ÿฉน๐Ÿ’”๐Ÿ’—๐Ÿ’—๐Ÿ’Œ
@BURQAA_JAALALAA

BURQAA JAALALAA

17 Jun, 19:53


YOO DHUFTEEF SIN EEGA!

Yoo dhufteef sin eega,
Balbala onnee banee
Silas deemuu kankee,
Garaan yoom amane?
Qara ilaalaan jira,
Ofiikoo irraa bahee
Lubbuun osoon jiruu,
Waan hin jirre tahee

Yoo dhufteef sin eega,
Yaada jijjiirrattee
Coba imimmaankoo,
Kallattii godhattee
Sittin obsa hunda,
Bu'aa bayii jiruu
Kunoo ergati deemtee,
An jiruyyuu hin jiru

Lubbuunkoo si dhabnaan,
Narkatti maraatti
Yoo dhufteef sin eega,
Qe'ee jaalalaatti!


@BURQAA_JAALALAA

BURQAA JAALALAA

16 Jun, 02:05


The key to #success is to #focus on goals not obstacles.

Furtuun milkaa'inaa #galma ofii irratti #xiyyeeffachuudha malee gufuulee jiran irratti miti.

@BURQAA_JAALALAA

BURQAA JAALALAA

24 May, 05:24


Miirota kee yeroodhaf sitti taphatan moo'adhu, ammuma gammaduun qaba jechuu dhiisi, har'a bashanantee baroota hafan gadduurra, of kennuun qo'adhuutii baroota kee jiraachuf si hafan bashanani,  wantoota akka ati hin qo'anne/dubbisne duubatti si harkisaniif harka hin kennin, sin dhagahu jedhin๐Ÿ’ช๐Ÿฝ.

Bashannanuus ta'ee oduun qorumsa boodas nii danda'ama. Amma yeroo kee qorumsaaf keenni. Yeroo qorumsa xummurte akka onnee keetitti bashannanta. Amma garuu xiyyeeffannaan kee qorumsaaf(qo'annadhaf) ta'uu qaba. Garuu immoo Waa tokkollee hin sodaatin, maalifi beekta? isa uuman kee siif qopheesse hin dhabdu wanta ta'eef waa tokko hin sodaatin. Of amansiisi toleee

โœ… #JOIN & #SHARE ๐Ÿ–ฅ๏ธ๐Ÿ“ฑ๐Ÿ’ป
                  ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ
       
๐Ÿ“ก   @Burqaa_Jaalalaa    ๐Ÿ””
๐Ÿ“ก   @Burqaa_Jaalalaa    ๐Ÿ””

BURQAA JAALALAA

18 Apr, 11:03


..............โœ๐Ÿ‘†
isheen immoo erga gar gar bahanii booda battaluma sana araaramuuf carraa wanta hin arganneef yeroo sanaaf itti cimullee hanguma guyyaan dabalaa deemu jabaachaa, of jajjabeessaa dhufte, dheerina guyyootaa irraa kan ka'e gara isa dagachuutti dhihaachaa dhufte,  haala kana keessa osoo jirtuu nama kan biraatin wal barte, qoosan isaas ishee booji'e, isa duraa sana dagachuun kana waliin jireenya ishee akka haaratti eegalte. jaalala isaatin wanta booji'amteef ji'a muraasa waliin turanii gara Gaa'ilaatti seenan, jireenya bareeda waliin jiraachuu eegalan, Daa'imas ergatte. 
Xummureera.
Seenaa kan irraa maal hubattan?

Dhiiras ta'i Durba, Dureessas ta'i hiyyeessa, Bareedas ta'i fokkisaa
Hagamillee dandeetti qabaadhu,
Ani si'iin ala jiraachuu hin danda'u kan siin jedhu hundi si'iin ala hin jiraatu jechuu miti.
Siin ala kan jiraachuu hin dandeenye nama tokko qofa. Innis suma qofa (yourself).
Nuti dhalli nama wanta keenya hin taane irraa Uuman keenya yoo nu fageessu, wanta keenya ta'e irraa immoo ofiif of fageessina. Dacheen tun 360ยฐ qabdi nuti  1ยฐ yeroo yaallee dhabnu  dachee tana irraa of dadhabsiisuu hawwina. Maalif? Nii jedhamaa akkas?  Mee wanti hunduu sababaafi jechuu haa amaleeffannu!

โœ… #JOIN & #SHARE ๐Ÿ–ฅ๏ธ๐Ÿ“ฑ๐Ÿ’ป
                  ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ
       
๐Ÿ“ก   @Burqaa_Jaalalaa    ๐Ÿ””
๐Ÿ“ก   @Burqaa_Jaalalaa    ๐Ÿ””

BURQAA JAALALAA

10 Apr, 20:04


Seenaa dhugaa
โฃโฃโฃโฃโฃโฃ

Jaalalleewwan lama turan, jaalallii fi kabajni isaan waliif qaban kan adda ta'ee fi namootaf kan fakkeenya guddaa ta'eedha. Namoonni naannoo sanaa jaalala akka isaani jechuun baay'ee inaafu.

Guyyaa tokko iddoo bashannanaa osoo deema jiranu,  isheen akkas jechuun gaaffii isa gaafatte "osoo gargar baanee anaan ala jiraachuu nii dandeessaa" jetteen innis turtii tokko malee waaqni hin fidhin malee yoo waaqni fidhe maal gochuun danda'a? Danda'ee  jiraachuu malee jechuun deebiseef.
Isheen garuu ani siin gargar bahee jiraachuu hin danda'u, ani siin gargar baahee jireenyi koo gati dhabeessa fi hiikkaa kan hin qabneedha, ani si dhabee dacheerra turuu hin danda'u jechuun jetteen.

Erga akkas waliin jedhanii booda turii woggoota muraasaa booda balaa tasaatin walitti bu'uun (wal loluun) gargar bahan. Innis isheenis jechaan onnee wal cabsan. Osoo hin araaramin guyyaa fi gi'oota lakkofsisan. sana booda waliiti deebi'anii waliin jiraachuf carraa tokkollee argachuu hin dandeenye. Araaramuu dadhabanis
Anni/Mucaan ishee yaaduu fi waa'ee  ishee dagachuu hin dandeenye, Jaalalli dhugaa kun baay'ee Rakkisaadha miti ree?  mucaan ishee dhabuu isaarraa kan ka'ee  osoo hin beekin waa'ee ishee ofiin haasa'uu/dudubachuu eegale,  ajaa'iba hanguma guyyaan jijjiirramaa deemu of waliin dudubachuun isaa gara dhibeetti jijjiiramaa dhufe. Maatif namoonni baay'en isa gargaaruf yaalanillee๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข dhibeen isaa itti cimaa dhufe๐Ÿ˜ญ dadhabamnaan Hospitaala dhibee sammuu seenun Qoricha fudhachuu eegale, Haa ta'u malee ammas dhibeen isaa itti cimaa dhufe, mucaan of wallaluu irraa kan ka'e hojii badaan isa  miidhus gaarii ta'ee itti mul'achuu eegale. Dhumarra garuu nii fayya jedhanii osoo eeganuu ofiin of ajjeesun addunyaa tana irra boqate๐Ÿ˜ญ
๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ
isheen hoo akkam taate..โœ
itti fufa............โœ

โœ… #JOIN & #SHARE ๐Ÿ–ฅ๏ธ๐Ÿ“ฑ๐Ÿ’ป
๐Ÿ‘‡๐Ÿพ

๐Ÿ“ก   @Burqaa_Jaalalaa    ๐Ÿ””
๐Ÿ“ก   @Burqaa_Jaalalaa    ๐Ÿ””

BURQAA JAALALAA

10 Apr, 10:18


Fโ–‘Oโ–‘Lโ–‘Lโ–‘Oโ–‘W
Sโ–‘Eโ–‘Lโ–‘Eโ–‘Cโ–‘Tโ–‘Eโ–‘D
Cโ–‘Hโ–‘Aโ–‘Nโ–‘Nโ–‘Eโ–‘Lโ–‘S


โ €โ €โ €โ €โ €โฃฐโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฆโก€
โ €โ €โ €โข€โฃพโฃฟโฃฟโฃฟโ ฟโ ฟโ Ÿโ ปโ ฟโขฟโฃฟโฃฟโฃฟโก†
โ €โ €โ €โขฐโฃฟโฃฟโกฟโ ‚โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ ˆโ ‰โขปโก‡
โ €โ €โ €โ ˆโ ฟโฃฟโฃ‡โฃ โ คโ คโ คโขคโฃ€โฃคโ คโ คโฃบโก
โ €โ €โ €โ €โ โข‰โฃฏโ นโฃ€โฃ€โฃขโกธโ ‰โขโก„โฃ€โฃฏ
โ €โ €โ €โ €โ กโ €โขนโฃ†โ €โ €โ €โฃ€โก€โกฐโ €โข โ –โ ‚
โ €โ €โ €โ €โ €โ ˆโ ™โฃฟโฃฟโ €โ  โ šโข‹โกโ €โกœ
โ €โ €โ €โ €โ €โ €โขธโ ˆโ ™โ ฆโฃคโฃ€โฃคโฃคโกผโ 
โ €โ €โ €โ €โ €โข€โกŒโ €โ €โ €โ € โ ‰โขโก‰
โ €โ €โ €โฃ€โฃดโฃฟโฃทโฃถโฃคโฃคโฃคโฃดโฃพโฃทโฃถโฃฆโก€
โข€โฃดโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃ„
โ šโ ›โ ›โ ›โ ›โ ›โ ›โ ›โ ›โ ›โ ›โ ›โ ›โ ›โ ›โ ›โ ›โ ›โ€‹โ€‹โ€‹

โ˜…ใ€€ใ€€หš * โ˜…ใ€€ . * . ยท
ใ€€ หš * โ‹† ๏ผŠใ€€ ใ€€ ยท ใ€€ใ€€๏นก
ใ€€ ใ€€ใ€€ *ใ€€ใ€€ * โ‹† ใ€€ .
ยท ใ€€ใ€€ โ‹† ใ€€ ใ€€ ยท ใ€€ ๏ผŠใ€€๏นก หš หšใ€€ หš * โ‹† ๏ผŠใ€€ ใ€€ ยท * . * . โ˜…ใ€€
ใ€€ โ‹† ยท ใ€€ * โ‹† *
ใ€€ใ€€ โ‹† ๏นกใ€€ ใ€€ ยท ใ€€ใ€€หš *โ˜…ใ€€ใ€€หš * โ˜…ใ€€ใ€€ใ€€ ใ€€ . * . ยท
ใ€€ หš * โ‹† ๏ผŠใ€€ ใ€€ ยท ใ€€ใ€€๏นก
ใ€€ *ใ€€ใ€€ * โ‹† ใ€€ .
ยท ใ€€ใ€€ โ‹† ใ€€โ‹†ใ€€ ใ€€ ยท ใ€€ ๏ผŠใ€€๏นก หš หš หš * โ‹† ๏ผŠใ€€ ใ€€ ยท * . * . โ˜…
ใ€€ โ‹† ยท ใ€€ * โ‹† *
ใ€€ โ‹† ๏นกใ€€ ใ€€ ยท ใ€€ใ€€หš *
โ˜…ใ€€ ใ€€ใ€€หš * โ˜…ใ€€ ใ€€ . * . ยท
ใ€€ หš * โ‹† ๏ผŠใ€€ ใ€€ ยท ใ€€ใ€€๏นก
ใ€€ ใ€€ใ€€ *ใ€€ใ€€ * โ‹† ใ€€ .
ยท ใ€€ใ€€ โ‹† ใ€€โ‹†ใ€€ ใ€€ ยท ใ€€ ๏ผŠใ€€๏นก หš หšใ€€ หš * โ‹† ๏ผŠใ€€ ใ€€ ยท * . * . โ˜…ใ€€
ใ€€ โ‹† ยท ใ€€ * โ‹† *
โ‹† ๏นกใ€€ ใ€€ ยท ใ€€ใ€€หš *โ˜…ใ€€ ใ€€ใ€€หš * โ˜…ใ€€ใ€€ใ€€ ใ€€ . * . ยท
ใ€€ หš * โ‹† ๏ผŠใ€€ ใ€€ ยท ใ€€ใ€€๏นก
ใ€€ ใ€€ใ€€ *ใ€€ใ€€ * โ‹† ใ€€ .
ยท ใ€€ใ€€ โ‹† ใ€€โ‹†ใ€€ ใ€€ ยท ใ€€ ๏ผŠใ€€๏นก หš หš ใ€€ใ€€ หš * โ‹† ๏ผŠใ€€ ใ€€ ยท * . * . โ˜…
ใ€€ โ‹† ยท ใ€€ * โ‹† *
ใ€€ใ€€ โ‹† ๏นกใ€€ ใ€€ ยท ใ€€ใ€€หš *

โฃดโฃฟโฃฆโ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €
โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โขปโฃฟโฃฟโ ‚โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €
โ €โ €โ €โ €โ €โ €โข€โฃดโฃฟโฃฟโฃ€โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €
โ €โ €โ €โ €โข โฃพโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฆโ €
โ €โ €โ €โฃดโฃฟโขฟโฃทโ ’โ ฒโฃพโฃพโฃฟโฃฟ
โ € โฃดโฃฟโ Ÿโ €โขฟโฃฟโ โฃฟโฃฟโฃฟโ ปโฃฟโฃ„โ €โ €โ €โ €
โกพโ Ÿโ  โ €โ €โขธโฃฟโฃธโฃฟโฃฟโฃฟโฃ†โ ™โขฟโฃทโก€โ €โ €
โ €โ €โ €โ € โ €โขธโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโ € โ ปโฃฟโก€
โ €โ €โ €โ €โ €โ €โฃพโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃ†โ ‚โ €
โ €โ €โ €โ €โ €โฃผโฃฟโฃฟโฃฟโกฟโฃฟโฃฟโฃฟโฃฟโก„โ €โ €โ €โ €
โ €โ €โ €โ €โข โฃฟโฃฟโ ฟโ Ÿโ €โ €โ ปโฃฟโฃฟโก‡โ €โ €โ €โ €
โ €โ €โ €โข€โฃพโกฟโ ƒโ €โ €โ € โ €โ €โ ˜โขฟโฃฟโก€โ €โ €โ €
โ €โ €โฃฐโฃฟโกŸโ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โขธโฃฟโฃทโก€โ €โ €
โ €โข โฃฟโ Ÿโ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ ปโฃฟโฃงโ €โ €
โข€โฃฟโ ƒโ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ ˜โฃฟโฃ†โ €
โขพโ ‡โ €โ €โ €โ €   โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โ €โขธโฃฟโฃทโกค.

๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ
๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ
๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿ”๐Ÿ”๐Ÿ”๐Ÿ”๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ
๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿ”๐ŸŒ๐ŸŒ๐Ÿ”๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ
๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿ”๐ŸŒ๐ŸŒ๐Ÿ”๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ
๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿ”๐Ÿ”๐Ÿ”๐Ÿ”๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ
๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ
๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ๐Ÿงฎ
   โ•ญโ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ•ฎ
    โ”ƒ   โ— โ•โ•  โ–ช๏ธ      
    โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ
    โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ
    โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ
    โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ
    โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ
    โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ
    โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ
    โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ
    โ”ƒโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–ˆโ”ƒ
    โ”ƒ        ๐Ÿ”˜          
    โ•ฐโ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”

๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘
๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘
๐ŸŒ‘๐ŸŒ”๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ‘๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ–๐ŸŒ‘
๐ŸŒ‘๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ‘
๐ŸŒ‘๐ŸŒ”๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ–๐ŸŒ‘
๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘
๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘
๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘
๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘
๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘
๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘
๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘
๐ŸŒ‘๐ŸŒ”๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ‘๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ–๐ŸŒ‘
๐ŸŒ‘๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ‘
๐ŸŒ‘๐ŸŒ”๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ–๐ŸŒ‘
๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘
๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘
๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘
๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ’๐ŸŒ•๐ŸŒ˜๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘
๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘๐ŸŒ‘
Goo Click the Heart ๐Ÿ˜ฑ๐Ÿ˜ฑ๐Ÿ‘†๐Ÿผl

โ‡ฃ
           ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
         ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
       ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
     ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
   ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
   ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
      ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ 
         โ˜˜๐ŸŒบ๐ŸŒบโ˜˜ 
              โ˜˜โ˜˜
              ๐ŸŽ‹                   ๐Ÿƒ
                 ๐ŸŽ‹              ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
                 ๐ŸŽ‹          ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
                 ๐ŸŽ‹      ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
                ๐ŸŽ‹    ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
               ๐ŸŽ‹๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
                ๐ŸŽ‹๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ
                ๐ŸŽ‹
                ๐ŸŽ‹
๐ŸŽ‹

โฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธ
โฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธOPENโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธ
โฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœโฌœโฌœ๏ธ๏ธโฌœ๏ธ
โฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธ
โฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธOPENโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธ
โฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœ๏ธโฌœโฌœโฌœ๏ธ๏ธโฌœ๏ธ
       โ—คโ—ขโ—คโ—ขโ—คโ—ขโ—ฃโ—ฅโ—ฃโ—ฅโ—ฃโ—ฅ
        โ–ˆ        J O I N          โ–ˆ          
        โ—ฃโ—ฅโ—ฃโ—ฅโ—ฃโ—ฅโ—คโ—ขโ—คโ—ขโ—คโ—ข
       โ—คโ—ขโ—คโ—ขโ—คโ—ขโ—ฃโ—ฅโ—ฃโ—ฅโ—ฃโ—ฅ
        โ–ˆ        J O I N          โ–ˆ          
        โ—ฃโ—ฅโ—ฃโ—ฅโ—ฃโ—ฅโ—คโ—ขโ—คโ—ขโ—คโ—ข
๐Ÿ‘‡ Click
โŒโŒโŒโŒโŒโŒ
โŒโŒโŒโŒโŒโŒ
โŒโŒโŒโŒโŒโŒ
โŒโŒโŒโŒโŒโŒ
โŒโŒโŒโŒโŒโŒ
โŒโŒโŒโŒโŒโŒ

๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž
๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž
๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž
๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž
๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž
๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž
๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž
๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž
๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž
๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž
๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž
๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž
๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž
๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž
๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž
๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž
๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž
๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž
๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž
๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž
๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž
๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž
๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž
๐ŸŽžโ–“C L I C K & J O I N โ–“๐ŸŽž
โ‡ฃ
โ˜†
โ˜† โ˜†
โ˜† ๐ŸŒ‘.ยฐ.โ— . 
โ˜† โ—โ˜…:.ยธ. โ—.
โ˜† . * โ—.ยฐโ˜† โ˜†.
โ˜†โ—โ—โ— โ˜… *ยฐโ˜†.
โ˜† โ—* โ— ๐ŸŒš โ—ยฐโ˜†.
โ˜†โ— *ยฐ .ยฐโ—โ˜†โ—ยฐยฐโ˜†.
.ยฐโ— โ˜… * ยฐโ˜†.
  .โ—ยธ.โ˜…ยฐโ—โ˜†.
.โ— โ˜… ยฐโ˜† โ—.  
.โ—*โ—ยฐยฐ โ˜†โ—.
. * ยธโ˜…ยฐโ˜† โ—.
. *โ—ยธ. โ˜…ยฐ ยฐโ—.
  . โ˜… ยฐ ยฐโ˜†โ˜…โ—.
.โ—‹: . * .ยฐ ยฐโ˜†โ˜… ยฐ ยฐโ˜†  ยธ..โ˜…ยธ โ— โ˜….
.โ—‹โ˜… . . . โ˜…  ยฐ ยฐโ˜†โ˜… ยฐโ˜† ยธ. โ— โ˜….
.โ—‹ยฐ ยฐโ˜† ยธ. โ— . โ˜…ยฐยฐโ˜…ยฐโ˜† โ˜† โ— โ˜…. 
.โ—‹ ยฐโ˜† . * โ— ยธ .โ˜… โ˜…ยฐยฐโ˜†ยฐโ˜…โ— โ˜….
.โ—‹ยฐ :.  * โ€ขโ—‹ ยฐโ˜…ยธ โ—โ˜…ยฐยฐโ˜† .โ˜…โ—โ˜….

๐Ÿ‘€๐Ÿ‘‡

โš ๏ธ DON'T DELETE THIS MESSAGE  โš ๏ธ

Ads
@Oromoo_inspire โ™จ๏ธ
@Jireenya_jaalalaa ๐Ÿ“š

Affeerraa Gaarii ๐ŸŒ„

+ Subscribers Free Promoter


๐ŸŽ† ๐—›๐—ข๐—ฃ๐—˜ ๐—ฃ๐—ฅ๐—ข๐— ๐—ข
๐€๐๐ฏ๐ž๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐  ๐“๐ž๐ฅ๐ž๐ ๐ซ๐š๐ฆ
 ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ๐ฌ/๐†๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉs
@Oromoon_Oromoof_PostBot

Ads
   โ€ข @hope_promo

BURQAA JAALALAA

08 Apr, 23:13


An siifan dhaladhe
Atis naaf uumamtee...!
Onnee koo gubbaatti
Jaalalaan shuumamtee...!

Qabeenyaan sin jijjiiru
Ani sodaa rakkinaa...!
Walumaan nama taanee
Bor qananii arginaa...!

Shiroo nyaannee jiraanna
Sin gaafadhu bargarii...!
Laga tokkoo burqine
Yoomuu-n baanu gargari...!

Yaa hiree dhuunfaa kootii
Kan ganamaaf galgalaa...!
Si-jalaa qofa banti
Onneen koollee balbala...!

Gar-tokkee qaama kootii
Tokkitti haga kumaa...!
Si waliin qofa beekii
Jiruunkoo hanga dhumaa...!

Ejjennnoon koo jabaadha
Qilleensillee nan raasuu...!
Waadaadha du'a malee
Homtuu gargar nun baasuu...!

Jettee naaf seentee turteem
Kakattee galtee irbuu...!
Har'a maaltu fideree...?
Waadaa naaf galte diigdee
Orma jaalattee sirbuu...๐Ÿฅบ

Osoon โ€œkootiโ€ siin jedhee
Mataarratti si baadhuu...!
Dhangaa jaalala dhugaa
Waakkii malee siif laadhuu...!

Dhagaa jirmatti bu'ee
Ofii cabsee of funuunsee...!
Akka dhala dhabaatti
Ofirra si kunuunsee...!

Osoon si gammachiisuuf
Ofiif gaddaa laaladhuu...!
Of gatee siif jiraadhee
Ofirra si jaaladhuu...!

Biqiltuu jaalalaa koo
Kichummaatti kolaaftee...!
Maaf dugda natti gattee
Imimmaan koo lolaafte...๐Ÿ˜“


โœ… #JOIN & #SHARE ๐Ÿ–ฅ๏ธ๐Ÿ“ฑ๐Ÿ’ป
๐Ÿ‘‡๐Ÿพ

๐Ÿ“ก   @Burqaa_Jaalalaa    ๐Ÿ””
๐Ÿ“ก   @Burqaa_Jaalalaa    ๐Ÿ””

BURQAA JAALALAA

06 Apr, 08:41


DARGAGEESSAA FI GORSA JAARSA TOKKOO!
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โ Dargaggeessa tokkotu ture. Fuudhee akkuma waliin jireenya eegalaniin, jireenyi baay'ee itti ulfaate. Kanaaf sababni, duwwummaa golasaanii ture. Furmaata barbaaduuf mana gadhiisee deemuun dirqama itti ta'e. Manaa fi haadha warraasaa gatee, bakka biraa deemee hojii humnaa hojjetee waa qabatee dhufuuf deeme. Waggaan tokko yeroo dhumu galuuf jedhe, garuu homaayyuu walitti qabatee hinjiru. Galmasaa bara itti aanutti qabate. Bara sanas hinmilkoofne. "Har'a...bor...waggaa har'aa...bara dhufu...." osoo jedhuu waggaa 15 mana irraa fagaatee ture.

Maallaqni inni walitti qabatee jiru qarshiii 3000 qofaadha. Amma galuun hin oolumaaf, kanuma qabatee galuuf qajeele. Namoota muraasa ta'anii osoo daandii dheeraa deemaa jiranii, jaarsa tokkotti dhufani. Haasawaa keessa, dargageessichi haala keessa ture itti haasahuu hindhiifne. Kanaan wal qabsiisee jaarsichi waan tokko jedheenii. "Qarshii qabattee jirtu kana naaf kenni, animmoo gorsan si gorsa. Gorsi ani si gorsu kun, furtuu jireenyakee ta'a" jedheen. Akka godhu dhabe. Kan qabuu kanuma, kanuma kennuuf jira. Kennes! Jaarsis, qarshii 3000 kanaan gorsa sadii kenneef.
"1. Dhiyoo jettee karaa qaxxaamuraa hin deemiin!
2. Waan si hin ilaallanne keessa hin seeniin!
3. Ariifattee murtoo hin kenniin!" kan jedhu ture.

Dargageessichi gorsa isaa fudhatee harka duwwaa isaa yommuu qajeelu, warreen kaan gorsicha tuffachuun itti qoosaa turani. Akkanumaan osoo deemanii, bakka wayii gahani. Karaa bosona tokko keessa nama baasu deemuuf yeroo qajeelan, dargageessichi gorsa jaarsaa yaadatee deebi'e. "Dhiyoo jettee karaa qaxxaamuraa hin deemiin!" jedheera jaarsi. Kanaaf warreen kaan dhiisee karaa biraa qabate. Osooma deemuu, karaatti itti dhiyee mana namaatti gore, buluuf. Osoon turiin oduu tokkootu gurra isa bu'e. Saamtonni jarreen bosona keessa bahuuf deeman sana saamanii boodarra akka isaanuu ajeessan, oduu gaddaa dhagahe. Gorsa jaarsaattis baay'ee gammade.

Mooraa mana bulee sana keessatti awwala arge, dargaggeessichi. Maal akka ta'e gaafata. Abbaan manaa akkana jedha; "Manni koo karaarra waan ta'eef, namoonni goranii bulu. Yeroo kana haati manaa koo maaliif akka akkas fokkiftu na gaafatu. Yeroo kana, ani aareen isaan ajjeessa. Ajjeeseen isaan awwaala. Kun awwaala isaaniiti. Ati akkana naan jechuu dhabuu keetiin badhaasa qabda" jedheenii qarshii 10,000 badhaase. Yeroo kana dargageessichi naasuu guddaa keessa taa'ee waa tokko yaadate. "Waan sin galchine keessa hin galiin" jedhee ture jaarsi.

Guyyaa itti aanu gara mana isaa duraa, gara haadha manaa isaa deemuuf imala eegale. Halkan keessaa sa'aa 6tti gahe. Raftee jirti. Hirriba keessaa hin kaasu jechuun, suuta jedhee harka loofatee banatee ol seene. Ajaa'iba arge. Haati warraasaa dargaggeessota lama jidduu rafaa jirti. Aaree waraanuuf jedhee, gorsa jaarsaa yaadate. "Ariifattee hinmurteessiin!" kan jedhutu isa dhorke. Aariima guddaa keessatti of qabeetu, gadi bahee galbii bule. Ganama haati warraasaa yeroo kaatu, isa argitee naatee boo'uu eegalte. Itti marmitees akkana jetteen; "Baga nagaan naaf dhufte. Anis waggaa hedduuf obsaan si eegaan ture. Yeroo ati deemte kan garaatti na hafanii turan, kunoo amma dargaggoota ta'anii si eegani." Jarri isheen jidduu raftu ijoolleemasaa turani. Galgala badii gochuu dhiisuusaaf baay'ee galateeffate. Gorsa jaarsaan akkasitti nama ta'e. Jireenya gammachuus maatiisaa waliin jiraachuu eegale. Qarshii 3000'n waan qarshiin hin bitne argate.

Ergaa koo:
โ Gorsis ta'e muuxannoon dhala namaaf daandiidha. Jiruufi jireenya guyyuu keessatti galaa ta'uun nama sooru. Ogeessi isa gorsa fudhatuufi hojiirra oolchudha. Fudhachuu dhiisuun garuu, aarsaa hintaane nama kanfalchiisa. Yeroo tokko tokko, waan xiqqo barbaachisuuf jecha isa hundumarra barbaachisutti dugda gannee argamna. Akkanaan dhabaa jiraanna. Kanaaf hubannaatu fala. Yeroo kamuu haa barannu, muuxannoo fi gorsa ofitti haa aanfannu!

๐Ÿ“ก   @Burqaa_Jaalalaa    ๐Ÿ””
๐Ÿ“ก   @Burqaa_Jaalalaa    ๐Ÿ””

BURQAA JAALALAA

17 Mar, 23:39


ยป Fakkicha Hubannoodhaan Ilaali!
โ˜๏ธ              โ˜๏ธ                       ๐Ÿ›ฐ
         โ˜๏ธ              โ˜๏ธ      โ˜๏ธ             โ˜๏ธ
                                    โ˜๏ธ
โ˜๏ธ     โ˜๏ธ โ˜€๏ธ  
           โ˜๏ธ             โœˆ๏ธ
โ˜๏ธ              โ˜๏ธโ˜๏ธ  โ˜๏ธ
     โ˜๏ธ           ๐Ÿš      ๐Ÿ“ก โ˜๏ธ
๐Ÿก๐Ÿฌ๐Ÿฅ๐Ÿก๐Ÿญ.    ๐Ÿจ๐Ÿฃ๐Ÿฆ
                     / | \
     _๐Ÿš‚๐Ÿšƒ  /   |   \ ๐Ÿšฉ___
       ๐Ÿ‘ฌ๐Ÿšฆ /    |     \ ๐Ÿšฆ๐Ÿšถ
        ๐ŸŒณ   /      |        \  ๐ŸŒณ
              /        |          \    ๐Ÿ         ๐ŸŽก
     ๐ŸŒณ  /  ๐Ÿš”   |  ๐Ÿš”     \ โ›ฝ๏ธ       ๐ŸŸ
          /            |             \
  ๐ŸŒต /      ๐Ÿš–   |  ๐Ÿš˜          ๐Ÿšด
      /                |       ๐Ÿš”     \
    /         ๐Ÿš    |                   \
  /                    |                    
ยป Konkolaataa diimaa fakkicha irra jiru tuqii garam akka deemu ilaali! Itti Gammadda! Hope Just ยซJOINยป Now!

Affeerraa Gaarii ๐ŸŒ„

+ Subscribers Free Promoter


๐ŸŽ† ๐‘บ๐’‘๐’๐’๐’”๐’๐’“๐’†๐’… ๐’ƒ๐’š: ๐—›๐—ข๐—ฃ๐—˜ ๐—ฃ๐—ฅ๐—ข๐— ๐—ข
๐€๐๐ฏ๐ž๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐  ๐“๐ž๐ฅ๐ž๐ ๐ซ๐š๐ฆ
 ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ๐ฌ/๐†๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉs
@Oromoon_Oromoof_PostBot

Ads
   โ€ข
@hope_promo

BURQAA JAALALAA

13 Mar, 02:01


Dheebuu biraan qabu
Dheebuun tiyya suma
Osoon si unadhee
Si argadheetuma

Suma na dheeboche
Onneetu na goge
Qoonqootu na didee
Bishaanuu na lage

Qaamni na dadhabe
Ijjis arguu dhaabe
Sochiitu naa game
Arrabni na laame


Anaan ammaan tana
Dheebuu kiyya kana...
Kan natti fursiisu
Kan narraa furrisu...

Dheebuu kan na baasu
Bishaan dheebuu kiyyaa...
Shaggeetoo yaa urjii
Suma bishaan tiyyaa!
๐Ÿฅฐ๐Ÿ–คโค๏ธ

โ˜ข๏ธ  #JOIN_AND_SHARE   โ™ป๏ธ
                 โฌ‡๏ธโฌ‡๏ธ
        ๐ŸŒใ€‚๏ผผ๏ฝœ๏ผใ€‚๐ŸŒ
๐Ÿ“ก   @Burqaa_Jaalalaa    ๐Ÿ””
๐Ÿ“ก   @Burqaa_Jaalalaa    ๐Ÿ””
        ๐ŸŒใ€‚๏ผ๏ฝœ๏ผผใ€‚๐ŸŒ

14,159

subscribers

5

photos

1

videos