Aartii Oromoo @waloof Channel on Telegram

Aartii Oromoo

@waloof


Afaan Oromoo haa cimsinu
Aadaa keenya haa ibsinu!

Aartii Oromoo (Oromo)

Aartii Oromoo, waloof kan bara darbeef qabu isaanii akka ta'uu qaba. Afaan Oromoo haa cimsinu, aadaa keenya haa ibsinu! Kan godinaalee Oromiyaa keessatti kutaalee jiruun ni dandeessa. Waloof isa haa dabalataa, kan afaan Oromoo keessatti dabalatee barsiisaa fi maqaa hundumaa kabajaan ni dhiheessaa. Telegram channel jechuun waldhabdeen gad bahuuf qophaayinaa fi xiinxala barbaada. Kan qooda fudhatanii fi dhimma kana hojii qaban irratti argamee godhachuun ni dhiheessaa. Adda addaa, Aartii Oromoo itti fufnee, waloof kan biroos akka qabaatanii jiru. Waloof kunis haa ta'u malee akka fayyaa qabatanii dhimma kana of keessaa qabachuu dandayaa. Kan ummanni Oromoo hordoftuun namaa addaa haa turan. Afaan Oromoo keessatti sitti dhalataan dhimma kana cimsinee, maqaa kana haa ilaallu!

Aartii Oromoo

14 Nov, 18:27


✔️ENTRANCE EXAM 🙋 CIVICS

1️⃣Which of the following group of people aware considered inferior to others in the traditional Ethiopian society?

A. Priests

B. teachers

C. Farmers.

D. Singers.✔️


2️⃣ The most vocal opposition to the regime of Haile Sellassie I, particularly during its last stage came from :

A. general officers in the army.

B. dissatisfied ordinary peasants.

C. industrial workers and teachers.

D. students and the educated elite.✔️

3️⃣. How many seats shall be reserved for all minority nationalities and peoples in the House of People's Representatives as provided by the FDRE Constitution?

A. 40 seats.

B. 20 seats✔️

C. 30 seats

D. 10 seats

4️⃣. Who is the source of the legitimate power of the FDRE?

A. The Parliament.

B. Supreme Court.

C. The people✔️

D. The army

5️⃣. Which of the following is a crime that is mainly committed for the purpose of gaining personal wealth?

A. Homicide

B. Corruption✔️

C. Treachery

D. Torture

6️⃣. Identify a conflict resolution mechanism in which the third party makes decisions.

A. Negotiation

B. Arbitration✔️

C. Mediation

D. Litigation

7️⃣. Which of the following gives a general definition of corruption in a better manner?

A. Corruption is taking bribes for official services.

B. Corruption is the misuse of public property and money.

C. Corruption is the abuse of public office for private gain.✔️

D. Corruption is forceful act of obliging people to pay for official services.

8️⃣. Which of the following is morally wrong according to the Ethiopian culture?

A. Respect for elders.

B. Breaking promises.✔️

C. Helping the needy.

D. Participating in social affairs.

9️⃣. The Millennium Development Goals include all of the following, except?

A. Providing primary education for all children of the world.

B. Reducing Infant mortality by ninety percent.

C. Making the poor rich.✔️

D. Eradicating gender inequality in education.

1️⃣0️⃣. The present flag in green, yellow and red probably became the national flag of Ethiopia during the time of:

A. Lij Iyasu

B. Emperor Yohannes IV

C. Empress Zewdittu✔️

D. Emperor Menelik II

🗣️JOIN US👇
@Waloof

Aartii Oromoo

14 Nov, 14:41


DAAWWADHAA!💥
:)Fiilmii Afaan Oromoo mata dureen isaa, "SIIFAN" jedhu barattoota Yuunivarsiitii Salaaleetiin hojjetamaa jiru, jireenya(life) kaampaasii barattootaa irratti xiyyeeffate, karaa liinkii armaan gadiitiin seenuudhaan YouTube jalaa argattu👇
https://www.facebook.com/100077130615263/posts/1519232202065931/?substory_index=1519232202065931&app=fbl

SHARE waliif taasisaa!
@Waloof

Aartii Oromoo

06 Nov, 07:57


,...HIN TA’U!
Bitaan mirga hin ta'u
Mirgis yoomuu bitaa,
Nama dhugaaf jiraatu
Haqa maaltu gitaa!?
:
Inni kaayyoof imalu
Fagoodha imallisaa;
Galma yaadde ga'uuf,
Obsuudha fallisaa!

Onkololeessa, 2017
Abdinaa'ol Abarraa🖍
SLU, Oromiyaa🌳

@Waloof

Aartii Oromoo

03 Nov, 17:07


Kana Beektuu Laata?💥

1. Bineensota keessaa dhiiga halluu magariisaa kan qabu Gaararraadha.

2. Uumama hundumaa keessaa ija guddaa qabaachuun kan beekamu Guchiidha.

3. Qocaan waggaa 200 ol jiraachuu dandeessi.

4. Bineensota keessaa Samii ilaaluu kan hin dandeenye Roobiidha.

5. Bineensota keessaa kan bishaan karaa funyaan isaa dhuguu danda'u Arba.

6. Bineeldota keessaa baay'ee guddaan blue whale jedhama

7. Simbirroota keessaa kan baay'ee saffistu Peregrine falcon  jadhamti.  Sa’aati tokko keessatti Mile 240 ykn Kiiloo Meetira 386 balaliiti.

8. Bineensota keessaa baay'ee dheertuun Saatawwaadha.

9. Aannan Qeerransaa nama ajjeesuu danda'a.

10. Aannan Roobii halluu Cuquliisaa fakkaata.

11. Qurxummiin raafamni lafaa jiraachuufi dhiisuu isaa adda baasuu danda'a.

12. Bineensota keessaa kan duubatti deebi'uu hin dandeenye Kaangaaroodha.

13. Urunguun halkan malee guyyaa ija ishee banachuu hin dandeessu.

14. Bineeldota keessaa kan sammuufi onnee hin qabne Jellyfish dha.

15. Gosoota Allaattiwwanii keessaa fagootti arguu kan danda'u Risaadha.


JOIN & SHARE👇
╔═════════════╗
┣➤ @Waloof
╚═════════════╝

Aartii Oromoo

03 Nov, 07:28


D i l b a t a w a a q e f f a n n a a ! 💥
«Aannan raasuun dhadhaa baasa, jabeessanii furrii baafachuun nama dhiigsa; tuttuqanii nama aarsuun lola in kaasa.» Fak.30:33

Sagalee Waaqayyootu jedha; nus keessatti of haa ilaallu!

Onkoloolessa 24/2017
Abdinaa'ol Abarraa
SLU, Oromiyaa🌳

@Waloof

Aartii Oromoo

02 Nov, 19:07


G a l a t o o m a a!💥

Hordoftoonni toora fuul-barruu(fb) kiyya Waloo Abdii Egeree 21,000(21K) galee jira; wanta na hordofaa jirtaniif galatoomaa siniin jechuu jaalla.

Jajjabinaaf qeeqa kamiifuu banaadha; akkasumas fuula(page) kiyya Abdinaa'ol Abarraa followers(79,000+) qabu illee hordofuu hin dagatiinaa!
(https://www.facebook.com/walooabdiiegeree)
21K FOLLOWERS!🤝
Thank u so much!


Onkoloolessa, 2016/2024
SLU, Oromiyaa🌳
@Waloof

Aartii Oromoo

31 Oct, 16:39


Jabaan Waaqa tokkicha!💥

Inuma nu haamu
Nuti dinnee margina;
Har’a gadi jennee
Boru darbinee argina!

Abdinaa'ol Abarraa
@Waloof

Aartii Oromoo

29 Oct, 20:16


BEKUMSA WALIIGALAA!💥
1. Dallaan addunyaa irratti dheeraan: Dallaa Chaayinaa dha.
2. Sulula(Canal) dheeraan addunyaa kanaa: Giraandi Kaanaalii Chaayinaa dha.
3. Sarari baaburaa dheeraan addunyaa kanaa: Tiraans Siibeeriyaan jedhama.
4.Daandii baaburaa dheeraan addunyaa kanaa : Se’ikaan Jedhama. Innis biyya Jaappanitti argama.
5. Lagni addunyaa kanarraa dheeraan ,laga Abbayyaa dha.
6. Gaarri dheeraan addunyaa kanaa ,gaara Eviresti jedhama. Innis biyya Neepaalitti argama. Meetira 8,848 dheerata.
7. Guyyaan dheeraan lafa kanarra jiru: Waxabajjii(June) 21 dha.
8. Biyyi qarqara galaanaa dheeraan addunyaa kanaa: Kanaadaa
9. Holqi dheeraan addunyaa kanaa,Holqa Mammoth jedhama.
10. Daandiin dheeraan addunyaa kanaa, Paan Ameerikaan Haayway jedhama. kan Purcheebaa,Alaskaa irraa eegalee hanga Usaakaa Arjentiinaatti jirudha. Walumaagalatti daandiin kun kiloomeetira(Km) 30,000 (maayilii 19,000) dheerata.

JOIN & SHARE👇
╔═════════════╗
┣➤ @Waloof
╚═════════════╝

Aartii Oromoo

29 Oct, 14:48


G a l a t o o m a a !💥
Yuunivarsiitiin Riifti Vaalii(Rift Valley University) loogoo(asxaa) isaarratti, moggaasa maqaa qubee Afaan Oromootti jijjiiruu isaa fi dursa afaan isaaf iddoo laachuun dhiibbaa guddaa fi jijjiirama guddoo mul’isa; kanumaan wal qabatee, galatoomaa jechuun barbaada.

Rift Valley University - RVU ammas galatoomaa siniin jechuun barbaada; dhaabbileen dhuunfaa fi mootummaa bifa kanaan kanneen Oromiyaa keessa jiran, afaan ofiif iddoo laachuudhaan dursa Afaan Oromoi yoo taasisan ni jajjabeeffama.

Abdinaa'ol Abarraa✍️
@Waloof

Aartii Oromoo

24 Oct, 14:42


PLACEMENT🤝
Barattoonni bara kana seensa qabxii Yuunivarsiitii mirkaneeffattan, placement ifoomee wanta jiruuf, karaa bot kanaa ilaalladhaa!
@moestudentbot

@Waloof

Aartii Oromoo

22 Oct, 14:19


WAAMICHA YUUNIVARSIITII SALAALEE
Barattoota sagantaa fooyya'insaa(Remedial Program) kan bara 2016 Yuunivarsiitii Salaaleetti barachaa turuudhaan, qabxii darbiinsaa mirkaneeffatanii fi bara 2017'tti ramaddiidhaan fresh student achitti ramadamtan duukaa waamicha taasisee jira.

@Waloof

Aartii Oromoo

21 Oct, 16:44


Whatever you shall ask for in prayer, believe, you shall receive.

Matthew 21:22

@Waloof

Aartii Oromoo

21 Oct, 09:16


OF HAA ARGANNU!
Adunyaan nu keessa jirutti osoo hin fayyadamiin, addunyaa biroo eeguun abjootuudha; of argachuun addunyaa jalqabaati.

Of haa argannu!

@Waloof

Aartii Oromoo

16 Oct, 21:54


👁🧠👁
Nama hanqina sirra
barbaaduuf beekamtii
kennuu taati waan ta'eef,
deebii hin kenniniif!

@Waloof

Aartii Oromoo

10 Oct, 12:02


«Waan gaariidhaan isa hamaa mo'i malee, hamaan si hin mo'in!» (👁)Rom.12:21

@Waloof

Aartii Oromoo

10 Oct, 06:26


AMEEN!💥🙏💥
"Hadhaa'ummaan, dheekkamsi, aariin, waci, maqaa wal balleessuun, hamminni hundinuu isin irraa haa fagaatu!"
---Efesoon 4:31💫

@Waloof

Aartii Oromoo

07 Oct, 06:45


FEDHA WAAQ!
Wanta ofii jennuuf goonu caalaa, wanta Waaqayyo nuuf akeeke, fedhaaf jaalala isaa ‛ameen’ jennee fudhachuun ni caala.💥

@Waloof

Aartii Oromoo

04 Oct, 07:08


Baga birraatti baatan!💥

Birraa burraaquu fi nu hundaaf bari'u nuuf haa ta'u!🤝

@Waloof

Aartii Oromoo

27 Sep, 18:35


1Qor. 13💥
¯¯¯¯¯¯¯¯
⁵ jaalalli, lafa salphinaa hin ijaajju, waan isatti tolu duwwaas hin barbaadu, hin dallanu, waan hamaas nama irratti hin lakkaa'u.
⁶ Jaalalli qajeelina dhugaatti gammada malee, jal'inatti hin gammadu.
⁷ Jaalalli karaa tokko illee nama hin lafafu, hunduma isaa in amana, hunduma isaa abdata, hunduma isaas obsa.

@Waloof

Aartii Oromoo

27 Sep, 18:34


Filp. 2💥
¯¯¯¯¯¯
³ Gad of deebisuudhaan warra kaan of irra caalchisaa lakkaa'aa malee, yaada ofittummaatiin yookiis of-dhiibuudhaan waan tokko illee hin hojjetinaa!
⁴ Isin kessaa adda addaan waan warra kaanitti tolus immoo haa ilaalu malee, waan isatti tolu duwwaa hin ilaaliin!
⁵ Yaada garaa isa Kristos Yesus qaba ture qabaadhaa!

@Waloof

Aartii Oromoo

26 Sep, 16:55


BAGA GEESSAN!💥
👁) Hordoftoonni amantaa Kiristiyaanaa baga ayyaana 𝙢𝙖𝙨𝙦𝙖𝙡𝙖𝙖 nagayaan geessan!

AYYAANA GAARII!🤝
@Waloof

Aartii Oromoo

26 Sep, 16:14


«Mistakes you've made in the past are not going to keep you from the great things God has in store.»

@Waloof

Aartii Oromoo

26 Sep, 15:28


HUBATTEE!?
Fageenyi guddaan nama lama gidduu jiru,👫

Wal hubachuu dhabuudha!
@Waloof

Aartii Oromoo

25 Sep, 12:15


CICHOOMI!💥
Wanti milkaa'ina(galma) qabu, obsaa fi cichoomina gaafata; abdii qabaachuun, obsa horachuun kaayyoo ofii galmaan ga’uuf daran nama jabeessa!

:)Daandiin ati irra deemaa jirtu galmisaa lafa dhugaa taanaan, yoomiyyuu taanaan, turus bubbulurree irraa hin maqiin! Galmi dhugaa turee, bulee, tutturee, bubbulee ifooma; aarsaa keessatti cichoominni ammoo, mallattoo milkaa’inaati.

Waaqayyo, hundumaa keenyaaf obsaa fi abdii isaa nuuf haa laatu; ogummaaf hubannaa bilchina qabuun nu haa golgu!

Abdinaa'ol Abarraa
@Waloof