Mammaaksa Oromoo @mammaaka_oromoo Channel on Telegram

Mammaaksa Oromoo

@mammaaka_oromoo


Mammaaksi dubbii gabaabsa, dubbii dheeressa, ni gorsa, ni barsiisa! Join Us!

Buy ads: https://telega.io/c/Mammaaka_Oromoo
ContactMe: @Getu_Abera

Mammaaksa Oromoo (Oromo)

Mammaaksa Oromoo kan jedhu dubbii gabaabsa fi dubbii dheeressa Oromoo irratti qooda fudhachaa jiru. Kan akkaasumaan ni gorsa fi ni barsiisa! Mammaaksa Oromoo itti fufaa keessatti guyyoota adda addaa ibsanii, hidhamtoonni fi barsiisoota Oromoo dabalatee argama. Kan ammoo humna namaa, jaalatama fi afolee kanneen akka hinfayyadamne. Sirnaan jira jedhu Mammaaksa Oromoo bakka bu'uuraa kennan laaluuf tola.

Jijooleen adsitti jeedamee: https://telega.io/c/Mammaaka_Oromoo
Maaloo dubbii: @Getu_Abera

Mammaaksa Oromoo

07 Feb, 07:14


#160 ✍️

1. “Harki dabareen wal dhiqxi”
2. “Harree ganama badde galagala kur-kuriin hin argitu”
3. “Harree hin qabnuu, waraabessa wajjin wal hin lollu”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

05 Feb, 19:24


#159 ✍️

1. “Hantuutni haadha ishee jalatti gumbii uruu barti”
2. “Harka namaatiin ibidda qabaa hin sodaatan”
3. “Harkaan guduunfanii, Ilkaaniin hiikkaa dhaqu”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

05 Feb, 05:58


#158 ✍️

Korbeessi re’ee waa sadi fakkaata

1. Yoo areeda laalan sheeka fakkaata!
2. Yoo ofirratti fincaa’u saree fakkaata!
3. Yoo hobobsu maraatuu fakkaata!

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

05 Feb, 05:42


Mammaaksa Oromoo namoonni dhiheessuu dandeessan na dubbisaa Admin isiniif kennee waliin hojjechuu dandeenya!

✍️ @todo_24

Mammaaksa Oromoo

04 Feb, 05:57


#157 ✍️

Kormaan lukkuu waa sadi fakkaata

1. Yoo lafa qotu adurree fakkaata!
2. Yoo yeroon manatti galu hayyuu fakkaata!
3. Yoo iyyu maraattuu fakkaata!

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

03 Feb, 06:48


Mammaaksa Oromoo pinned «👋 Akkam jirtu maatiin channel "mammaaksa Oromoo" Like, share, comment gochuudhaan nu cina dhaabbadhaa! 🌹 Yaada yoo qabaattan, yookiin mammaaksa naannoo keessatti mammaakamu yoo jiraate, akkasumas Admin taatanii nu waliin hojjechuuf nu qunnamaa 🙏 ✍️ @todo_24»

Mammaaksa Oromoo

03 Feb, 05:57


#156 ✍️

Waa sadi abbaatu kadhata sadi ofii dhufti

1. Durummaa abbaatu kadhata; hiyyummaan ofumaa dhufti!
2. Fayyaa abbaatu kadhata dhibeen yookiin duuti ofumaa dhufti!
3. Ulfina abbaatu kadhata salphinni ofumaa dhufti!

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

02 Feb, 05:57


#155 ✍️

Waa sadi dulluma quba hin qaban

1. Qeensa!
2. Rifeensa yookiin dabbasaa!
3. Qalbii yookiin lubbuu!

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

01 Feb, 21:58


👋 Akkam jirtu maatiin channel "mammaaksa Oromoo"

Like, share, comment gochuudhaan nu cina dhaabbadhaa! 🌹

Yaada yoo qabaattan, yookiin mammaaksa naannoo keessatti mammaakamu yoo jiraate, akkasumas Admin taatanii nu waliin hojjechuuf nu qunnamaa 🙏

✍️ @todo_24

Mammaaksa Oromoo

01 Feb, 05:56


#154 ✍️

Waa sadi waa sadiitu mi’eessa

1. Nama du’e awwaalatu mi’eessa!
2. Intala durbaa heerumatu mi’eessa!
3. Keessummaa galatu mi’eessa!

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

31 Jan, 06:55


#153 ✍️

Waa sadi irraa waa sadi hin eegan!

1. Hiyyeessa boonu irraa durummaa hin eegan!
2. Lola gowwaa irraa araara hin eegan!
3. Dhibee dulluma keessaa irraa fayyaa hin eegan!

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

29 Jan, 19:39


#152 ✍️

1. Hirriibni baay’atu, duumessa hiyyummaati.
2. Ijji dhugaan boosse, imimmaan hin dhabdu.
3. Gara jabeessa heexoon hin baasu.

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

28 Jan, 12:34


#152 ✍️

1. "Dugda hin dhungatan; hunda hin dubbatan!"
2. "Akkan ani jedhe fardatu dide, akka fardi jedhe anatu dide kanatti karaa irraa maqne."

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

23 Jan, 16:39


#151 - (6)✍️

16. "Soddaa fi daa'ima hin duudhatan."
17. "Ana bakki na dhukkubu asii miti; maraafuu bakkuma gooftaan kiyya jedhe san na koobaa" jette bookeen.

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

22 Jan, 16:38


#150 - (5)✍️

13.  "Ati qoosi kan dhiirsi daa'imaa" jette intalti abbaan manaa ishii jaarsaa.
14. "Har’allee moo" jette haati ijoolleen beelofne jennaan ishiin bakka cidhaatii quuftee waan galteef.
15. "Ani ofiif hin jennee, mucaan keessan kan hangafaa sun fuudha hin geenyee?" jette intalti mucaa kajeelte.

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

21 Jan, 16:38


#149 - (4)✍️

10. "Akka ebeluuttin sirbaan morma nama jallifti" jette intalti qalbii qabdu.
11. "Mucaa deenya malee mucaa hin geenyu" jette intalti of tuffatte.
12.  "Wal akkeesse ollaan marqaa balleesse" jette intalti ofiin bultu.

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

20 Jan, 20:13


🚩"Karoora, mul'ataa fi abjuu keetiif gatii baasuu hin sodaatin! ... See More

▶️"Jaalallee kee ganamaa irraa amanamummaa hin dhabin,... wantoota 5n kana dhiironni adda baafatanii beekuun irra jiraatu,...➡️ See More

👇👇👇
   👉 See More 👈
   👉 See More 👈
         👆👆👆

🚨 Hariiroo Jaalala sirrii,..↪️ See More

Mammaaksa Oromoo

20 Jan, 16:37


#148 - (3)✍️

7. Intalti ariifattuun haadha ciniinsuu barsiifti.
8. Akkan beekuttin dhalaa nadhiisaa jette intalti harka
namaa diddu.
9. "Sirbaaf ba'anii morma hin dhokfatan" jette intalti waa hin
saalfanne.

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

19 Jan, 16:37


#147 - (2)✍️

4. Bakka dhiiganii hin fiigan.
5. Kana muranii kamiin fincaayan jette haati manaa inni ofirraan mura jennaan.
6. Kaanittuu abbaa argadhu jette haati intalaan.

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

18 Jan, 16:36


Mammaaksota Dubartootaaf mammaakame. (1-6)

#146 - (1)✍️

1. Heerumaaf dharraanee heerumnaan rarraane.
2. "Asuu oolle jette kan heerumaaf muddamte”
3. Takkittii qayyannee kanduraa hanqannee yookiin takka qayyannee lukaa gubanne.

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

17 Jan, 10:34


#145 ✍️

1. “Halagaa ilkaan adii, halangaan isaa sadi”
2. “Hammaatanis, hammaaranis, dhuma hin ooltu”
3. “Hanqaaquu keessa huuba barbaada”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

16 Jan, 11:49


#144 ✍️

1. “Habbuuqqaa guddinaaf hin quufani”
2. “Hagu dhiba jette sareen foksoo nyaattee”
3. “Halagaa gaafa kolfaa fira gaafa golfaa”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

15 Jan, 11:48


#143 ✍️

1. “Haati ballaa (suuloo) yaa bakkalcha koo jetti”
2. “Haati hattuun intala hin amantu”
3. “Haati kee bareeddii jennaan, karaa kana dhuftii eegi jedhe”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

14 Jan, 11:48


#142 ✍️

1. “Guulaa hin bitin jiilaa biti”
2. “Haa hafuun biyya abbaa ofitti nama hanbisa”
3. “Haadha yoo garaa beekan ilmoo jalaa qaban”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

13 Jan, 11:48


#141 ✍️

1. “Gowwaan gaafa deege nagada”
2. “Gowwaan gingilchaatti bishaan waraaba”
3. “Gubattee hin agarree ibiddatti gamti”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

12 Jan, 11:48


#140 ✍️

1. “Gowwaa wajjin hin haasa'in bakka hin malleetti si odeeessaa”
2. “Gowwaan balleessaa isaa irraa barata, Gamni balleessaa gowwaa irraa barata”
3. “Gowwaan bishaan keessa ijjatee dheebota”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

11 Jan, 11:47


#139 ✍️

1. “Goondaan wal qabattee laga ceeti”
2. “Gowwaa fi bishaan gara itti jallisan deemu”
3. “Gowwaa kofalchiisanii, ilkee lakkaawu”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

10 Jan, 11:41


#138 ✍️

1. “Gogaa duugduun yoo dadhabdu saree arisaa kaati”
2. “Gola waaqayyo itti nama hidhe lookoo malee ijaajju”
3. “Goomattuuf goomanni hin margu”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

09 Jan, 11:06


#137 ✍️

1. “Garaa dhiibuu irra miila dhiibuu wayya”
2. “Garbittii lubbuuf olii gadi kaattu, warri qophinaafi see'u”
3. “Godaa mannaa godoo wayya jette haftuun”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

08 Jan, 15:41


#136 ✍️

1. “Gamna gowwoomsun jibba dabalachuudha”
2. “Ganamaan bahanii Waaqa jalaa hin bahani”
3. “Gara barii ni dukkanaa'a”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

07 Jan, 17:53


Kan bektu lata ♥️

Dhagaan wal cinaa dhadhaabbatu sun maal jedhe gaafannan sunsuma jedhe

Namichi sun beekumsa baay'ee qaba, sanyii namaa gargar baasee beeka.

Gurbaan saawwa tiksaa olee beela'ee galee akaayii kadhannaan, obboleettiin isaa ilkaan kee haa caccabsu malee akaayii anuu siin akaa'a obsi jette.

@Seenaa_Tube

Mammaaksa Oromoo

07 Jan, 15:41


#135 ✍️

1. “Gabaan fira dhaba malee nama dhabiinsa hin iyyitu”
2. “Galaanni bakka bulu hin beekne dhakaa gangalchee deema”
3. “Gama sanaa garbuun biile (asheete) jennaan warra sodaanne malee yoom argaa dhabne jedhe jaldeessi”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

06 Jan, 15:41


#134 ✍️

1. “Gaangeen haada kuttee jennaan ofittii jabeessite jedhani”
2. “Harreen haada kuttee jennaan ofittii jabeessite jedhani”
3. “Gaashaatti dhuufuun daalattii dha”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

05 Jan, 15:40


#133 ✍️

1. “Fuula na tolchi beekumsi ollaa irraa argama jette intalli”
2. “Gaalli yoom bade jennaan, gaafa morma dheeratu bade jedhe”
3. “Gaangeen abbaan kee eenyu jennaan eessumni koo farda jette”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

04 Jan, 15:40


#132 ✍️

1. “Fafa malee gurraa duuddi”
2. “Farda kophaa fiiguu fi Nama kophaa himatu hin amanin”
3. “Firri gara firaa jennaan kal'een gara loonii jette”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

03 Jan, 15:39


#131 ✍️

1. “Firri gara firaa jennaan kal'een gara loonii jette”
2. “Fuula na tolchi beekumsi ollaa irraa argama jette intalli”
3. “Fagaatan malee mi'aa biyyaa hin beekan”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

02 Jan, 20:31


🌹 Amaloota dubara ogeettii 6 waliin haa ilaallu... See More

👉 See More
       See More

💍 Amaloota gurguddoo 6,... See more

Mammaaksa Oromoo

02 Jan, 05:22


#130

1. “Fagaatan malee mi'aa biyyaa hin beekan”
2 “Fafa malee gurraa duuddi”
3. “Farda kophaa fiiguu fi Nama kophaa himatu hin amanin”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

01 Jan, 05:22


#129

彡• “Du'aan dhuufaa jennaan kan bokoke dhiisaa jedhe”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

31 Dec, 05:21


#128

彡• “Durbaa fi jiboota garaa gogaa leenjisu”
彡• “Dureessi kenneef deegaa hudduun dhukkubdi”
彡• “Duulli biyya wajjinii godaansa”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

30 Dec, 19:39


🚨 Mobile Card abbaa 25 gadhiifamuuf daqiiqaa 9 qofatu hafe. Ariifadhaa "Request Join" erguudhaan eegaa! 🏃‍♂️


🎆 𝑺𝒑𝒐𝒏𝒔𝒐𝒓𝒆𝒅 𝒃𝒚: Tech Team

Mammaaksa Oromoo

30 Dec, 05:21


#127

彡• “Dubbii jaarsaa ganama didanii galgala itti deebi'an”
彡• “Dugda hin dhungatan, hunda hin dubbatan”
彡• “Dullachi waan garaa qabu alba'a”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

29 Dec, 19:06


🌹 Amaloota dubara ogeettii waliin ilaalla... See More

👉 See More
       See More

💍 Amaloota gurguddoo 7,... See more

Mammaaksa Oromoo

29 Dec, 05:21


#126

彡• “Dinnichi bakka gobbitetti hordaa cabsiti”
彡• “Doqnaa fi garbuu sukkuumanii nyaatu”
彡• “Dubbii baha hin dhorkan galma malee”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

28 Dec, 21:00


☕️ Jaalalaaf ariifattee harka kennuuf wantoonni si dirqamsiisan 5 kunooti,...▶️ See More

         👇👇👇👇
     👉See More👈
     👉See More 👈
             👆👆👆👆

💖 Jaalala keessatti kufnaan miidhama,...▶️ See More

Mammaaksa Oromoo

28 Dec, 20:21


➡️"Yeroo hundumaa gammaddee jiraachuu yoo barnaadde, dubbii ijoon kunooti,...➡️See More

         👇👇👇👇
      👉See More👈
      👉See More 👈
               👆👆👆👆

🩷 Mana kee ogummaadhaan ijaari!,...➡️See More

Mammaaksa Oromoo

28 Dec, 20:19


👋Hi!

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~

🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


● Join All Channel ●

┃_
┃ @Gaggeessummaa 🥇
┃_
┃ @Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
┃@Reading_PDF 📚
┃_
┃@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
┃@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
┃@Kakuu_Studio 📺
┃_
┃@Getu_Official ❤️
┃_
┃@Lebamsett 💔
┃_
┃@Spiritual_PDF
┃_
┃@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Computer_Soln 🖥
┃_
┃Researchers Review ☁️
┃_
┃@Getu_Official ❤️
┃_
┃@Facts_and_quotes123
┃_
┃@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
┃ @Seenaa_Tube ⭐️
┃_
┃@Sona_Official1 🌹
┃_
┃@kutannoo123
┃_
┃ @Walaloo_Faaruu🎙
┃_
┃ @Spritpoem 🔔
┃_
┃@DirreeGN ▶️
┃_
┃ @Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
┃@Kii_Sii ❤️
┃_
┃@kuusaa_Kitaabota_Haaraa
┃_
┃@Naar_dos 🧔
┃_
┃@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
┃Oro Inspire Center
┃_
┃ @Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
┃ kottaakolfaa 😂
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
┃@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
┃@Afoola_Oromoo24 ✍️
┃_
┃@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
┃ @Kutannoo123 📌
┃_
┃ @top_books_store 🗂️
┃_
┃@Gech_pdf 📚
┃_
┃ @MarsilTvWorldWide 💢
┃_
┃@timevalue24 🕖
┃_
┃@BPEMBASSY 📖
┃_
┃@prophetamo
┃_
┃@Online_job724 💰
┃_
┃@Amharic_proverb
┃_
┃ @students_material ✉️
┃_
┃ @Kuufama_Faarfannaa
┃_
┃@Now_speak_English
┃_
┃@English_Oromoo 📕
┃_
┃@Spoken_English24 🎓
┃_
┃@OrooNetflix 😀
┃_
┃@DayStarBooks 📚
┃_
┃@Gaggeessummaa 🥇
┃_
┃Bible Quotes 📖
┃_
┃Kottaa Kolfaa 😁
┃_
┃@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
┃Beka Sport
┃_
┃Kottaa Kolfaa 😁
┃_
┃Goal Tv 🔝
┃_
┃ Best Classicals 🎧
┃_

● Join All Channels ●

┃@hopepromotion 🎺
┃@bittaafigurgurtaachannel 🛒

Contact: @Getu_Abera

Mammaaksa Oromoo

28 Dec, 10:39


👍 Haati manaakee ergaalee jaalalaa yeroo hundumaa sirraa dhaga'uu feetuu fi humna guddaa ta'uuf.. See More

         👇👇👇👇
      👉See More👈
      👉See More 👈
               👆👆👆👆

💔 Ergaalee jaalalaa humna cimaa qaban 10n kanneenitti fayyadami!... 👉 See More

Mammaaksa Oromoo

28 Dec, 05:20


#125

彡• “Dhiirsi hamaan maaf hin nyaatin jedha niitii dhan”
彡• “Dhuufuun waliin mari'atanii dhuufan hin ajooftu”
彡• “Diimina haaduun nyaatan, diimaa arrabaan nyaatu”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

27 Dec, 21:27


❤️ "Jaalallee keessanif ergaa (message) bareedaa erguuf rakkachaa jirtuu? Asitti bu'uun argadhaa
👇👇

See More
See More

❤️ Ergaalee Jaalalaa 100,... See More

Mammaaksa Oromoo

27 Dec, 17:18


"Jaalalleewwan jaalala waliin eegaluun dura yeroo Sirrii Beekuun Baay'ee isaan barbaachisaa"....👉 See More

            👇👇👇👇
      👉See More👈
      👉See More 👈
               👆👆👆👆

➡️ Yeroo sirriin jaalala itti jalqaban yeroo kamidha?... See More

Mammaaksa Oromoo

27 Dec, 05:20


#124

彡• “Dhamaatuun dhama raaftee ro'ootu (weessootu) na dide jetti”
彡• “Dhiira jirtuu dhiirummaa hin dhuunfatan”
彡• “Dhiirsaa fi Niitiin muka tokko irraa muramu”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

26 Dec, 06:40


彡• “Dubbii jaarsaa ganama didanii galgala itti deebi'an”
彡• “Dugda hin dhungatan, hunda hin dubbatan”
彡• “Dullachi waan garaa qabu alba'a”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

26 Dec, 05:20


#123

彡• “Dawaa ofii beekan namaa kadhaamu”
彡• “Deegan malee Waaqayyo hin beekani”
彡• “Dhabaaf malee sombi kan sareeti”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

25 Dec, 05:20


#122

彡• “Daddaftee na dhungatteef dhiirsa naa hin taatu jette sanyoon”
彡• “Daalun xaraan kaanu tara”
彡• “Dabeessa uleen (jirmi) shan”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

24 Dec, 05:19


#121

彡• “Citaa tokko luqqisaniif manni hin dhimmisu”
彡• “Cubbuun bishaanii Harka buleen nama nyaachisa”
彡• “Cabsituun tulluu amaaraatiin giraancee jetti”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

23 Dec, 05:19


#120

彡• “Bulbuluma bulbuli hangan dhugu Anuu beekaa”
彡• “Buna lubbuuf xaaxa'u warri naa tolii kadhatu”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

22 Dec, 05:18


#119

彡• “Bishingaan otoo gubattuu kofalti”
彡• “Bofti fi raachi hanga ganni darbutti wal faana jiraatu”
彡• “Boru hin beeknen qad-bukoon ishee sagal”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

21 Dec, 02:40


#118

“Billaachi otoo ofii hin uffatin dhakaatti uffisti”
“Bishaan darbaa jiru nama hin nyaatin, Jaarsi du'a gahe si hin abaarin”
“Bishaan maaltu gossa jennaan waan achi keessa jiru gaafadhu jedhe”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

20 Dec, 02:41


#117

“Beekaan namaa afaan cufata malee hulaa hin cufatu”
“Biddeen nama quubsu eelee iirratti beeku”
“Billaachi ofiifuu hin qabduu dhagaatti uwwifti”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

19 Dec, 02:41


#116

彡• Bara guddaa mataa lafa godhu.
彡• Bara quufaa lukkuutu dhuufa.
彡• Barri gangalata fardaati.

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

18 Dec, 02:41


#115

彡• Bara bofti nama hidde lootuun nama kajeelti.
彡• Bara dhibee bishaan muka namatti yaaba.
彡• Bara fuggisoo harreen gara manaa, sareen gara margaa.

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

17 Dec, 02:37


#114

彡• Bakka kufte osoo hin taane, bakka mucucaatte bari.
彡• Bakka oolan irra bakka bulan wayya
彡• Balaliitee balaliitee allaattiin lafa hin hanqattu.

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

16 Dec, 02:37


#113

彡• Bagan si arge jennaan, bagan si hin dhokatin jedhe hattuun abbaa manaatin.
彡• Bakka dhiiganii hin fiigan.
彡• Bakka garaan jiru migirri yaati.

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

15 Dec, 02:37


#112

彡• Ayyaanni haftuu haadha warraa balleessa (ajjeesa).
彡• Abbaatu Of mara jedhe bofti hantuuta liqimse.
彡• Badduun fira ishee yoo hamatte, baddubaatuun niitii shee hamatti.

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

14 Dec, 02:35


#111

彡• Asiin dhihoon karaa nama bulcha.
彡• Asuu oolle jette tan heerumaaf muddamte.
彡• Ati baldi ta dhiirsa ka'imaa jette intalti abbaan manaa isii jaarsaa.

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

07 Dec, 11:27


#110

Mammaaksa Oromoo Hiika isaa waliin:

➊. Dubartiin beektuun ganama dhalatti.
• Midhaan tolu biqila irratti tola.
• Buddeenni nama quubsu eelee irratti beekama.

➋. Dubartiin qalbii hin qabne tuullaa xaafii gufatti.
• Dubartiin waa of jalatti hin ilaalle waanuma ofii balleessiti jechuudha.

➌. Dubartii fi agadaan qalloo wayya.
• Furdina qaamaa irra jabina wayya jechuudha.

➍. Dubartii jennaan harka, saree jennaan sagaleedha.
• Dubartiin gaariin kan beekumsa qabdu, waan ishiin hojjettu bareedaa yoo ta’e jechuudha. Wanti ishiin hojjettu mi'aadha. Beekumsa ishee ibsuuf mammaakama.

➎. Dubartiin guyyaatti kudhan balleessiti; shan dhoksu, shan immoo ni obsu.
• Danda'uu agarsiisa!

➏. Dubbachuuf jabanni isaa dalga, dhiisuuf yeroo kootu darba jette dubarri!
• Yeroon utuu itti hin fayyadamin darbaa jira. Hojjechuufis dhiisuufis rakkadhe jechuudha.

@Mammaaka_Oromoo 🚀

Mammaaksa Oromoo

03 Dec, 19:26


🔒 Jireenya keessatti, kolfitee gammaddee jiraachuuf xiyyeeffannoo kee dubbiilee ejjennoo kee jabeessan Gurguddoo 7 maal fa'a?.... See More

             👇👇👇👇
         👉banaa👈
         👉banaa👈
               👆👆👆👆

Mammaaksa Oromoo

03 Dec, 19:21


Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! ➡️ JOIN 📌

1️⃣ Channelee Barnootaa fi xinsammuu
👇
     JOIN
    JOIN

2️⃣ Channelee Hojiilee Online fi bohaartii
👇
    MORE JOIN 
   MORE JOIN


3️⃣ Channelee Odeeffannoo Haaraa fi saayikolojii
👇
     MORE JOIN 
    MORE JOIN


𝙰𝚍𝚍 𝚢𝚘𝚞𝚛 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
@Getu_Abera

Mammaaksa Oromoo

02 Dec, 22:11


💡Hubannaa fi ogummaan yoomiyyuu gorsituu kee bara baraan si biraa hin hafnedha... See More

👉 See More
See More

Madaalliin Ogummaa fi Hubannaa shanan maal fa'a?,.... See More

Mammaaksa Oromoo

02 Dec, 21:13


😀 Channelee Barnootaa Gurguddoo

● Join All Channel ●

┃_
┃ @Gaggeessummaa 🥇
┃_
┃ @Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
┃@Reading_PDF 📚
┃_
┃@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
┃@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
┃@Kakuu_Studio 📺
┃_
┃@Getu_Official ❤️
┃_
┃@Lebamsett 💔
┃_
┃@Spiritual_PDF
┃_
┃@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Computer_Soln 🖥
┃_
┃Researchers Review ☁️
┃_
┃@Getu_Official ❤️
┃_
┃@lebamsetministry123
┃_
┃@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
┃ @Seenaa_Tube ⭐️
┃_
┃@kutannoo123
┃_
┃ @Walaloo_Faaruu🎙
┃_
┃ @Spritpoem 🔔
┃_
┃@DirreeGN ▶️
┃_
┃ @Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
┃@Kii_Sii ❤️
┃_
┃@Naar_dos 🧔
┃_
┃@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
┃Oro Inspire Center 🎉
┃_
┃ @Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
┃ @kottaakolfaa 😂
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
┃@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
┃ @Kutannoo123 📌
┃_
┃ @top_books_store 🗂️
┃_
┃ @MarsilTvWorldWide
┃_
┃@Amharic_proverb
┃_
┃ @students_material ✉️
┃_
┃ How to Learn English
┃_
┃@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
┃ Best Classicals 🎧
┃_

● Join All Channels ●

┃@hopepromotion 🎺
┃@bittaafigurgurtaachannel 🛒

Contact: @Getu_Abera

Mammaaksa Oromoo

01 Dec, 20:19


✍️ Dhugumaan Gammachuu dhugaa jireenya kee irraa argachuudhaaf maal gochuu Akka qabdu,... See More

➡️ See More
See More

Mammaaksa Oromoo

01 Dec, 20:16


😀 Channelee Barnootaa Gurguddoo

● Join All Channel ●

┃_
┃ @Gaggeessummaa 🥇
┃_
┃ @Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
┃@Reading_PDF 📚
┃_
┃@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
┃@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
┃@Kakuu_Studio 📺
┃_
┃@Getu_Official ❤️
┃_
┃@Lebamsett 💔
┃_
┃@Spiritual_PDF
┃_
┃@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Computer_Soln 🖥
┃_
┃Researchers Review ☁️
┃_
┃@Getu_Official ❤️
┃_
┃@lebamsetministry123
┃_
┃@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
┃ @Seenaa_Tube ⭐️
┃_
┃@kutannoo123
┃_
┃ @Walaloo_Faaruu🎙
┃_
┃ @Spritpoem 🔔
┃_
┃@DirreeGN ▶️
┃_
┃ @Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
┃@Kii_Sii ❤️
┃_
┃@Naar_dos 🧔
┃_
┃@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
┃Oro Inspire Center 🎉
┃_
┃ @Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
┃ @kottaakolfaa 😂
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
┃@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
┃ @Kutannoo123 📌
┃_
┃ @top_books_store 🗂️
┃_
┃ @MarsilTvWorldWide
┃_
┃@Amharic_proverb
┃_
┃ @students_material ✉️
┃_
┃ How to Learn English
┃_
┃@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
┃ Best Classicals 🎧
┃_

● Join All Channels ●

┃@hopepromotion 🎺
┃@bittaafigurgurtaachannel 🛒

Contact: @Getu_Abera

Mammaaksa Oromoo

01 Dec, 18:57


#109

Mammaaksota Dubartootaaf mammaakame.

1. Heeruma dharraanee heerumnaan rarraane.
2. Asuu oolle jette kan heerumaaf muddamte”
3. Takkittii qayyannee kaduraa hanqannee yookiin takka qayyannee lukaa gubanne.
4. Bakka dhiiganii hin fiigan.
5. Kana muranii kamiin fincaayan jette haati manaa inni ofirraan mura jennaan.
6. Kaanittuu abbaa argadhu jette haati intalaan.
7. Intalti ariifattuun haadha ciniinsuu barsiifti.
8. Akkan beekuttin dhalaa nadhiisaa jette intalti harka
namaa diddu.
9. Sirbaaf bahanii morma hin dhokfatan jette intalti waa hin
saalfanne.
10. Akka ebaluuttin sirbaan morma nama jallifti jette intalti
qalbii qabdu.
11. Mucaa deenya malee mucaa hin geenyu jette intalti of tuffatte.
12. Wal akkeessee ollaan marqaa balleesse jette intalti ofiin bultu.
13. Ati qoosi kan dhiirsi daa'imaa jette intalti abbaan manaa ishee jaarsaa.
14. Har’allee moo jette haati ijoolleen beeloofne jennaan isiin bakka cidhaatii quuftee waan galteef.
15. Ani ofiif hin jenne, mucaan keessan kan hangafaa sun fuudha hin geenyee? jette intalti mucaa kajeelte.
16. Soddaa fi daa'ima hin duudhatan.
17. Ana bakki na dhukubu asii mitii maraafuu bakkuma gooftaan kiyya jedhe san na koobaa jette bookeen.

@Mammaaka_Oromoo 🚀

Mammaaksa Oromoo

30 Nov, 20:49


💔 Addunyaa jaalalaatti jaalalleewwan galchanii tursuuf wantoonni gurguddoon sadan (3) kunniin murteessadha... See More

👉 See More
See More

☁️ Ergaalee Hariiroo Jaalalaa cimsan sadan... See More

Mammaaksa Oromoo

30 Nov, 07:29


Mammaaksa Oromoo pinned «#107 "#Ofii jettu mi'aayi yookaan dhagaa jadhanii sigatu," jedhe soogiddaan. "#Iyyan malee hin dhalchanii?" Jedhe kormaan hoolaa korbessa re’en. #Alagaa fi dukkanatti ija hin babaasan. @Mammaaka_Oromoo»

Mammaaksa Oromoo

30 Nov, 07:11


#108

"Akkan ani jedhe fardatu dide, akka fardi jedhe anatu dide kanatti karaa irraa maqne."
— Mammaaksa Oromoo

@mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

30 Nov, 04:04


😀 Channelee Barnootaa Gurguddoo

● Join All Channel ●

┃_
┃ @Gaggeessummaa 🥇
┃_
┃ @Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
┃@Reading_PDF 📚
┃_
┃@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
┃@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
┃@Kakuu_Studio 📺
┃_
┃@Getu_Official ❤️
┃_
┃@Lebamsett 💔
┃_
┃@Spiritual_PDF
┃_
┃@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Computer_Soln 🖥
┃_
┃Researchers Review ☁️
┃_
┃@Getu_Official ❤️
┃_
┃@lebamsetministry123
┃_
┃ @Seenaa_Tube ⭐️
┃_
┃ @Walaloo_Faaruu🎙
┃_
┃ @Spritpoem 🔔
┃_
┃@DirreeGN ▶️
┃_
┃ @Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
┃@Kii_Sii ❤️
┃_
┃@Naar_dos 🧔
┃_
┃@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
┃Oro Inspire Center 🎉
┃_
┃ @Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
┃ @kottaakolfaa 😂
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
┃@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
┃ @Kutannoo123 📌
┃_
┃ @top_books_store 🗂️
┃_
┃ @MarsilTvWorldWide
┃_
┃@Amharic_proverb
┃_
┃ @students_material ✉️
┃_
┃ How to Learn English
┃_
┃@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
┃ Best Classicals 🎧
┃_

● Join All Channels ●

┃@hopepromotion 🎺
┃@bittaafigurgurtaachannel 🛒

Contact: @Getu_Abera

Mammaaksa Oromoo

28 Nov, 21:19


☑️ Jaalalaa fi Tasgabbii Kan hin hawwine hin jiru, meeqaa keessantu adeemsa kana adeemuuf riqicha kanneen ta'an qoratee irra gahe laata?...▶️ See More

See More
See More

➡️ Ergaalee Jaalalaa,... See More

Mammaaksa Oromoo

28 Nov, 21:17


➡️ Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! ➡️ JOIN 📌

1️⃣

     JOIN
    JOIN 😀😀

2️⃣

    MORE JOIN 
   MORE JOIN


3️⃣
     MORE JOIN 
    MORE JOIN


𝙰𝚍𝚍 𝚢𝚘𝚞𝚛 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
@Getu_Abera

Mammaaksa Oromoo

28 Nov, 03:19


Jaalalas ta'ee sadarkaa kamirrattiyyuu Amalli gaariin safartuu milkaa'inaati ❤️‍🩹 See More

➡️ See More
    See More

Mammaaksa Oromoo

28 Nov, 03:16


🥰

➡️ Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! ➡️ JOIN 📌

1️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

     🚘 JOIN
    JOIN

2️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

    🚩 MORE JOIN  🚩
   🚩 MORE JOIN 🚩


3️⃣💡💡💡💡💡💡💡
    🍰MORE JOIN  🕯
   🍰 MORE JOIN 🕯


𝙰𝚍𝚍 𝚢𝚘𝚞𝚛 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
ᥲძძ ᥡ᥆ᥙr ᥴһᥲᥒᥒᥱᥣ

📌 Channel keessan tolaan nu waliin beeksifadhaa

Mammaaksa Oromoo

26 Nov, 21:46


💬 Gammadii, gammachiisi! Jireenya kee keessatti haalota si mudatan hundumaa gammachuutti jijjiiruuf qabxiilee 10 kanneen hordofi,... 👉 See More

➡️ See More
See More

❤️ Jaalalli Onnee irraa maddu,... See More

Mammaaksa Oromoo

26 Nov, 21:06


😀 Channelee Barnootaa Gurguddoo

● Join All Channel ●

┃_
┃ @Gaggeessummaa 🥇
┃_
┃ @Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
┃@Reading_PDF 📚
┃_
┃@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
┃@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
┃@Kakuu_Studio 📺
┃_
┃@Getu_Official ❤️
┃_
┃@Lebamsett 💔
┃_
┃@Spiritual_PDF
┃_
┃@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Computer_Soln 🖥
┃_
┃Researchers Review ☁️
┃_
┃@Getu_Official ❤️
┃_
┃@lebamsetministry123
┃_
┃ @Seenaa_Tube ⭐️
┃_
┃ Walaloo Faaruu 🎙
┃_
┃ @Spritpoem 🔔
┃_
┃@DirreeGN ▶️
┃_
┃ @Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
┃@Kii_Sii ❤️
┃_
┃@Naar_dos 🧔
┃_
┃@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
┃Oro Inspire Center 🎉
┃_
┃ @Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
┃ @kottaakolfaa 😂
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
┃@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
┃ @Kutannoo123 📌
┃_
┃ @top_books_store 🗂️
┃_
┃ @MarsilTvWorldWide
┃_
┃@Amharic_proverb
┃_
┃ @students_material ✉️
┃_
┃ How to Learn English
┃_
┃@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
┃ Best Classicals 🎧
┃_

● Join All Channels ●

┃@hopepromotion 🎺
┃@bittaafigurgurtaachannel 🛒

Contact: @Getu_Abera

Mammaaksa Oromoo

25 Nov, 19:27


❤️ Jaalallee keetiif ati filatamteerta, sababiilee filannoodhaaf Shamarran dhiheessan keessaa 10 ... See More

▶️ See More
See More

Maaliif jaalalli miira Namaa Akka to'atu?... See More

Mammaaksa Oromoo

23 Nov, 07:57


Imalli cimaa fi dadhabsiisaan yeroof kan namatti dhaga'amu ta'us, humni achi keessatti kuufattu Jabina. Ofitti amanamummaadha. Dirree moo'ichaati... See More

↪️ See More
See More
.

Amaloonni barbaachisoo ta'an kan jijjiirama guddinaa fidan 10... See More

Mammaaksa Oromoo

22 Nov, 06:02


🌸😳 Sababiilee gurguddoo 5 kan shamarran dhoksaatti dhiirotarraa eegan kanneen beektuu as tuquudhaan dubbisaa...↪️ See More

             👇👇👇
         banaa
         . banaa
               👆👆👆👆

🤦‍♀️ Maaliif??,... See More
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯

Mammaaksa Oromoo

21 Nov, 20:23


"Yeroo baay'ee dhalli namaa  rakkina mo'atee jireenya qananii jiraachuu kan isa dhorku Sababiilee gadi fageenyaan beekamoo hin taane 7tu jiru... ➡️ See More

↪️ See More
See More
.

Mammaaksa Oromoo

12 Nov, 19:56


Jaalallee yookiin haadha manaa baay'ee jaallattu waliin umurii dheeraa turuu yoo barbaadde wantoota 5n kana gochuu hin dagatin,... See More

🎺 See More
See More

💘Maaliif barbaachise,... Itti fufuun dubbisi!

Mammaaksa Oromoo

12 Nov, 19:52


🚁1. Click here to join - Motivational channels and educational channels
👇
🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩
🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩
🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩

🚁 2. 𝗖𝗹𝗶𝗰𝗸 𝗵𝗲𝗿𝗲 Also reading materials and pychologicals channels👇

    🟣 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗨𝘀 👁
    🟣 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗨𝘀 🟣
    🟣 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗨𝘀 🟣

Free Promotion: @Getu_Abera

Mammaaksa Oromoo

12 Nov, 11:41


🌸 Sababiilee hin yaadamne gurguddoo 5 kan shamarran dhoksaatti dhiirotarraa eegan... ↪️ See More

             👇👇👇
         banaa
         . banaa
               👆👆👆👆

🤦‍♀️ Maaliif??,... See More
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯

Mammaaksa Oromoo

12 Nov, 11:36


🚁1. Click here to join
👇
🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩
🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩
🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩

🚁 2. 𝗖𝗹𝗶𝗰𝗸 𝗵𝗲𝗿𝗲 Also 👇

    🟣 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗨𝘀 👁
    🟣 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗨𝘀 🟣
    🟣 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗨𝘀 🟣

Free Promotion: @Getu_Abera

Mammaaksa Oromoo

10 Nov, 20:48


🌸 Sababiilee hin yaadamne gurguddoo 5 kan shamarran dhoksaatti dhiirotarraa eegan... ↪️ See More

             👇👇👇
         banaa
         . banaa
               👆👆👆👆

🤦‍♀️ Maaliif??,... See More
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯

Mammaaksa Oromoo

08 Nov, 21:08


Enjoy our content? Advertise on this channel and reach a highly engaged audience! 👉🏻

It's easy with Telega.io. As the leading platform for native ads and integrations on Telegram, it provides user-friendly and efficient tools for quick and automated ad launches.

⚡️ Place your ad here in three simple steps:

1 Sign up

2 Top up the balance in a convenient way

3 Create your advertising post

If your ad aligns with our content, we’ll gladly publish it.

Start your promotion journey now!

Mammaaksa Oromoo

08 Nov, 21:03


❤️ Walitti dhufeenyi kan cimu yoo lamaanuu dogoggora hubatanii fi dhiifama waliif godhan... See More

➡️ See More
See More

❤️‍🩹 “Jecha hin amanu, gochaan amana. Namni waan fedhe sitti himuu danda'a garuu hojiin waan hunda sitti hima.
👆👇👇👌💘
┏━━━━━━━━━━━━━┓
  « See More »
  « See More »
┗━━━━━━━━━━━━━┛

Mammaaksa Oromoo

05 Nov, 03:31


❤️ "Yeroo tokko tokko jalqaba gammachuu keetii ADDA baafachuu dhiisuun si miidha. Hiika jireenyaaf kennitu Kan murteessu wantoota 10 dubbisi!... See More

👆👇👇👌💘

 👉 See More
   See More

📌 "Hiriyaa gaarii qabaachuun wanta qarshiin bituu hin dandeenyedha."... See More

Mammaaksa Oromoo

05 Nov, 03:06


🥰

➡️ Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! ➡️ JOIN 📌

1️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

     🚘 JOIN
    JOIN

2️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

    🚩 MORE JOIN  🚩
   🚩 MORE JOIN 🚩


3️⃣💡💡💡💡💡💡💡
    🍰MORE JOIN  🕯
   🍰 MORE JOIN 🕯


𝙰𝚍𝚍 𝚢𝚘𝚞𝚛 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
ᥲძძ ᥡ᥆ᥙr ᥴһᥲᥒᥒᥱᥣ

📌 Channel keessan tolaan nu waliin beeksifadhaa

Mammaaksa Oromoo

03 Nov, 20:42


😀Yaadota Ciminaa fi haalota gaarii ta'aniin guutamuuf haalduree barbaachisoo kanneen beektuu laata?...➡️ See More

🎲 See More
See More

📢 Yaadota si onnachiisan, yaadota soorata Sammuu keetiif si'aatina kennan,...▶️ See More

Mammaaksa Oromoo

03 Nov, 20:20


🥰

➡️ Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! ➡️ JOIN 📌

1️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

     🚘 JOIN
    JOIN

2️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

    🚩 MORE JOIN  🚩
   🚩 MORE JOIN 🚩


3️⃣💡💡💡💡💡💡💡
    🍰MORE JOIN  🕯
   🍰 MORE JOIN 🕯


𝙰𝚍𝚍 𝚢𝚘𝚞𝚛 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
ᥲძძ ᥡ᥆ᥙr ᥴһᥲᥒᥒᥱᥣ

📌 Channel keessan tolaan nu waliin beeksifadhaa

Mammaaksa Oromoo

01 Nov, 20:04


Dubartii, jajjabni gatiin isheen ofiif kennitu guddaadha. Kabaja ofii isheef eenyummaa isheef qabdurraa kan madde, yeroo hundumaa ogummaa gurguddoo 5 tti gargaaramti....➡️ See More👆👇👇

↪️ See More
See More

🎲 Shamarran ogummaa 5n kanneenitti fayyadaman jireenya isaanii keessatti gartuu hundumaa irratti milkaa'odha... ➡️ See More

Mammaaksa Oromoo

27 Oct, 22:46


😀Jaalalaaf dursa kennuuf qophii ta'i! Jaalalli qulqulluun Kan haalota irratti hin hundoofne yoo ta'e galmi isaa miidhagaadha. Obboloota kanneen irraa barachuuf as tuqaa,... See More

👆👇👇👆👇👇💘

See More
See More

Mammaaksa Oromoo

27 Oct, 22:36


🥰

➡️ Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! ➡️ JOIN 📌

1️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

     🚘 JOIN
    JOIN

2️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

    🚩 MORE JOIN  🚩
   🚩 MORE JOIN 🚩


3️⃣💡💡💡💡💡💡💡
    🍰MORE JOIN  🕯
   🍰 MORE JOIN 🕯


𝙰𝚍𝚍 𝚢𝚘𝚞𝚛 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
ᥲძძ ᥡ᥆ᥙr ᥴһᥲᥒᥒᥱᥣ

📌 Channel keessan tolaan nu waliin beeksifadhaa

Mammaaksa Oromoo

15 Oct, 11:32


#107

"#Ofii jettu mi'aayi yookaan dhagaa jadhanii sigatu," jedhe soogiddaan.
"
#Iyyan malee hin dhalchanii?" Jedhe kormaan hoolaa korbessa re’en.
#Alagaa fi dukkanatti ija hin babaasan.

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

14 Oct, 17:39


#106

彡• Ijaa fi ijoolleen tika baddi.
彡• Afaan gaariin, afaa gaarii caala.
彡• Ani badeen waan bade hin galchitu


@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

13 Oct, 17:39


#105

彡• "Ajjeechaarra sukkuummaan sodaadha" jette tafkin.
彡• Of-jajjuun loon lamaa, tikseen kudha lama.
彡• Nama fardaan barbaadan lafoo argatu


@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

12 Oct, 17:38


#104

彡• Garbittiin gargaarsa argatte majjii dhoksiti jedhan!
彡• Jarjaranif Abbaa dura hin dhalatan
彡• Aartu qotadhu” jedhe namichi saree biddeen dhoowwatee.


@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

11 Oct, 17:37


#103

彡• Namni dhadhaa afaan kaa’an dhagaa afaan nama kaa’a.
彡• Adeemsa abbaatu oftolchaa, fuula Waaqatu nama tolcha.
彡• Afaan gaariin, afaa gaarii caala.


@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

10 Oct, 17:37


#102

彡• Dhiirti re'ee hin elmitu, garuummoo malaan haga baatu hin wallaaltu.
彡• Lolli firaa dhiiga ilkeeti, hanga tokko ni tufta, hanga tokko ni liqmsita.
彡• Haa teessu garaa, haa nyaattu coraa.


@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

09 Oct, 17:36


#101

彡• Abbaan daadhii dhugeef, ilma afaan hin urgaayu.
彡• Abbaan iyyatu malee ollaan, namaa hin birmatu.
彡• Kan kunootii hin argine, kuunnotii hin argu.


@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

08 Oct, 16:41


#100

#MammaakaOromoo

彡• Bakka sareen jirutti, namatu dhuufee hin gaafatan.
彡• Kijibni nama oolcha malee, nama hin bulchu.
彡• Karaan sobaan darban, gala nama dhiba.


@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

07 Oct, 18:41


#99

彡 • "Beekaa bira dhahan, wallaalaa dirra dhahani."

彡 • "Bagan kufes bagan ka'es kan na qabuuf natti fiiges, kan na qaluuf natti fiiges arge" jette dullattiin sa'aa."

彡 • "Bakka oolan irra bakka bulantu caala."

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

06 Oct, 18:39


#98

#Mammaaka_Oromoo

彡 • "Akka sareetti kajeelaa jiraachurra, akka leencaa bookkisaa du'uu wayya."

彡 • "Balbala cufachuurra afaan cufachuu wayya."

彡 • "Beekaan baargamattuu beeka, wallaalan of jalattuu hin beeku.
"

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

05 Oct, 17:20


#97

1. “Ani hin hanbife, Ati hin qalbifne”
2. “Ani ofiif hin jennee, mucaan keessan kan hangafaa sun fuudha hin geenye jette intalti mucaa kajeelte”
3. “Arge jettee hin foksin. dhagahe jettee hin odeessin”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

04 Oct, 17:19


#96

1. “Ana bakki na dhukkubu asii mitii, maraafuu bakkuma gooftaan kiyya jedhe san kooba jette bookeen”
2. “Ana haa nyaatuun beela hin baasu”
3. “Ani badeen waan bade hin galchitu”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

04 Oct, 12:05


https://telega.io/c/Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

03 Oct, 17:18


#95

1. “Alanfadhuutii gara fira keetii garagalii liqimsi”
2. “Amartiin namaa hin taane quba namaa hin urin”
3. “Ameessi okolee dide okkotee hin didu”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

02 Oct, 17:17


#94

1. “Akka madaa qubaa, yaadni garaa guba”
2. “Akkuma dur seeteti jaartiin qullaa lafaa kaate”
3. “Amma of komatu namni hin komatu”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

01 Oct, 17:16


#93

1. “Akka cabanitti okkolu”
2. “Arrabni lafee hin qabduu, lafee nama cabsiti”
3. “Akka ganamaa seetee narra hin ejjetin jette sokorruun”

@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

01 Oct, 04:37


#92

#mammaakaoromoo

彡 • "Hiriyaa malee deemtee gaggeessaa malee galtee"

彡 • "Lolli hattuu yeroo hattu osoo hin ta'iin, yeroo addaan qooddattu wal dhabdi"


@Mammaaka_Oromoo

Mammaaksa Oromoo

30 Sep, 17:11


#91

1. “Akka aadaa teennaa gaara gubbaa baanee teenna jedhe harmi dubartootaa”
2. “Akka abaluun sirbaan morma nama jallisa”
3. “Akka beekutti dhalaa (dahaa) nadhiisaa jette intalti harka namaa diddu”

@Mammaaka_Oromoo