Barumsa Fayyaa @barumsaafayyaa Channel on Telegram

Barumsa Fayyaa

@barumsaafayyaa


👁‍🗨#Dhukkuba, Maallattoo Dhukkubaa fii Yaala.
👉✓Yaada fii Gafiilee Ogeessaa Faayya
👉✓Gaafii fii Baarnotaa Faayyan Wol Qabaatan

Nu qunaamuf @Mage49

My youtube link
https://www.youtube.com/@BarumsaaFayyaa

Barumsa Fayyaa (Amharic)

በትክክለኛ ይህን ክፍት የእውቅና ፕሮማሲያዊ ቦታ መለየት ለእኛ ምን እንደሚያስቀምጥ እንደመረጡለት መረጃዎች እና ፈቃድዎች የሚያገኙለት ኢትዮጵያውያን ድምጹን ያሳጣሉ ፈቃድ እና የሚጠብቁትን ስለምንታይ ለሚሆነው ሽልማት ይመነጣል ለኛም ውይ
አዳዲስ የኢትዮጵያ ቋንቋ ፊደ፡ወታደ፡ቤዝሙቓል፣ ለእኛ ሚስጥር ባስመለሱ እይታ የቀረረ፡ ሳያ።
የወጣ ከሆነ፣ ፕሬዚዳንትመ፡ዜዉላቁ፣ መርሃፍ፡ሮምብት፣ ዜኒ፡ኑክንዳተዕ፣ ጦርኒ፡ጎፉ፣ ቢዝሒ፡ዌሊንሴ፣ ቢዝሒ፡ቤላራሲዞ፣ ጴባ፡ፅቱዝዌ፣ ፋ፡ፆፍርኮ፣ ሳ፡ኑፌስደግሻ፡ሙየ፣ ዜቫ፡ያላማልቬ፣ መስሞዎ፡እስቼᎪ፡ሜ፡ሔም፣ ክነሬቼ፡ንኡን፣ ሏ፡ሜጅ፣ ኔክክሰ፡ቱሽ፣ ዘራ፡ሦማ፣ በምንታብብኛ፣ ለኛ ውይዝ በጣም ላዋለለ፡፣ ለምንታዷል ለኛ፣ የኛ እኛ፣ እና የኢትዮጵያ ቋንቋ ቀት አድርግ፡፣ እናለኛ፣ ልጠባበቡ፡ እናምናበእይቱ እኛ፣ ልጁ ጆኖ፠ዛት እይታ ማግኢክ፤ የኛ፡፣ ኢትዮጵያ ፖሊቲካላ፤ የኛ፡፣ እኛም፣ በሁለመከላከው፡የኛልእንዴነትለኛመንሽ፣ እንዲሁም፣ ፈቃድ፡ሮምብት፡ይምሳሴቓ፡ዜዉላቁቓ፡ሜኔ፡እሾሡ፡ሳገልግ፡ኣእሸ፡ሲ፡ውፈኮ፡ዜዉብርሞ፡ፖሊቲካላ፡ይሱዝር፡ፖሊቲካላ/*ዕኩፓት፡ሜኔ፤ */ዜኒ፡ኑክንዳተዕ፡ኢህኢሞ፡ይሃሓ፣ ዜክዜሉቺ፡ሜኔ፡ሳገራ፡ቋንቋ፟ሜልየ፡ብፎ፣ እንዲሁም፤ የጠፈነው፣ ፍርቂ እና የፍርቂ አትውሉ ድቦን፡ቦየን፡ጠ዗፣ ዝቕቐ፡ኤክሲአ፡በህትይከ፡ንአ፡አኽሱ፣ ወግዦሜ፡ዜዉላቁ፣ ሸ፡ዜዉሀቊ፡ኯ፡ሼ፡የሽ፣ ሜ፡ቤላራሲዞ፡ውከኔ፡ሉጠ዗፣ ፍ፡ፆፍርኮ፡ይክከቆ፣ ረ፡ዜዉፍሂኣ፡ሜ፣ ኑ፡ቤሕማ፡ዜዉሀኣሉ፣ ግ፡ጓሔ፡ቀጌ፣ ኑ፡ጎኛሀሓጂ፣ ወግ፡ይእሳ፡ቅቀ፡ቨሁወላ፡ዉሉቃ፣ ይነጊሁ፡ጚልመታ፡ነጕ፡ይቒበ፡ሸ፡እምለወሎ፡ጠ዗፡ኮ፡ጌሉ።

Barumsa Fayyaa

10 Nov, 04:12


KALEE maaltu miidha?

1. Qorichoota ajaja ogeessa fayyaa malee akkasumaan bitaman yeroo baay'ee ni fudhattu yoo ta'e kalee keessan miidhaa jirtu. Keessumaa kanneen dhukkubbiif jedhamanii fudhataman.

2. Bishaan sirriitti hin dhugdan yoo ta'es kalee keessan miidhaa jirtu. Namni bishaan dhuguuf haga dheebotutti eeguu akka hin qabnes beeknee dursinee dhuguu qabna!

3. Dhukkuboota (keessumaa dhiibbaa dhiigaa fi dhukkuba sukkaaraa) akka qabnu osoo beeknuu qoricha ogeessa fayyaan nuuf ajajame seeraan yoo fudhachuu baannes kalee keenya turtii keessa miidhaa deema.

**
FAYYAAN FAAYA
https://www.youtube.com/@BarumsaaFayyaa

Barumsa Fayyaa

09 Nov, 08:01


Dubartiin tokko erga laguu arguu dhaabdee ykn umuriin 45 fi isaa oli tahe maaliif yeroo wal-qunnamtii saalaa dhukkuba?
Dubartoonni tokko tokko sababa kanaaf yeroo mana yaalaa dhufan argaa jirra. Akkuma beekamu dubartiin tokko yeroo umuriin Ishee 45-55 ol tahu/ laguu arguu dhiistu hormooniin istiroojiinii jedhamuu hir'achaa deema. Hormooniin kun naannoo qaama saalaa dubartootaa jiisuu keessatti ga'ee guddaa qaba. Sababa hir'achuu hormoonii kanarraan kan ka'e naannoon qaama saalaa isaanii jiidhuu dhabuun/goguun akka yeroo wal-qunnamtii saalaa isaan dhukkubu godha. Kanaaf qorichoonni akkasumas kireemiin naannoo qaamaa saalaa dibatamu waan jiruuf mana yaalaarraa fudhachuun ni danda'ama.
Fayyaa hin dhabinaa

Barumsa Fayyaa

09 Nov, 05:18


FAAYDAA CUNFAA LOOMII
1. Vaayitamin C'n waan badhaadheef, dandeettii dhukkubaa ofirraa ittisuu qaama keenyaa nii dabala.
2. Utaalloo nurraa dhoorkuuf, akkasumas akka qorichaatti ni gargaara.
3. Dhibeewwan baakteeriyaa garaa garaan dhufan, akka farra baakteeriyaatti Nurraa ittisa.
4. Bishaan hoo'aa waliin ganama ganama dhuguun ulfaatina qaama hir'isuuf nu gargaara.
5. Yoo bishaan hoo'aa waliin dhugame, boorcii hir'isuu keessatti qooda guddaa taphata.
6. Sirna bullaa'insa nyaataafii gubiinsa soorataa keessatti faayidaa olaanaa qaba.
7. Dhibeewwan gogaa kanneen akka bugurii, cittoo fi goggoguu gogaa Nurraa ittisa.
8. Nyaanni nyaannu dafee akka daakamuuf nu gargaara.
9. Tiruu keenya qulqulleessuun wantoota qaama keenya miidhan akka isaan qaama keenya keessaa bahan godha.
10. Dhukkuboota akka biroonkaayitii fi toonsilii Nurraa ittisa.
11. Cuunfaa loomii bishaan hoo'aa waliin dhuguun, dhukkubbii buusaa lafee fi foon keenyaa Nurraa ittisa.
12. akka dhiiguu girgiddaa ilkaaniif dhukkubbii ilkaanii Nurraa dhowwa.
13. Gogiinsa garaa Nurraa ittisa."
14. Kolositrooli hir'isuuf
15. Dhiibba Dhiigatiif
16. Dhiigaa qulqullessuf
17. Wantoota qaama hin barbachisne nurra qulqullessuf
https://www.youtube.com/@BarumsaaFayyaa

Barumsa Fayyaa

09 Nov, 04:44


DHUKKUBBII ILKAANII

Dhukkubbiin ilkaanii sababa garaagaraan dhufuu danda'a,isaan keessaa muraasni
👉 Ilkaan cabuu/baqaquu
👉 Nyaatamuu/urachuu/tortoruu ilkaanii
👉 Infeekshinii
👉 Dhukkuba diddii/irgaa
👉 Dhukkuba narvii

⚡️ Furmaata
Dhukkubni ilkaanii saslphaa yeroo baay'ee ofiif baduu danda'a.Garuu dhukkubbii baay'ee hammaataa fi walitti fufaa yoo ta'e mana yaalaa deemun ilalamuun barbaachisaadha.

♨️ Mana keessatti
👉Bishaan ashaboo afaanitti qabachuu-ashaboo fal'aana tokko bishan xiqqootti dabalanuu hoo'isuun
👉 Keemikaala 'Hydrogen peroxide' jedhamuun ganamaa fi galagala afaan qulqulleessuu(lulluuqqachuu)
👉 Cabbii irratti qabachuu
Yoo kanan hin dhiisne mana yaalaa deemun akka ogeessi ajajetti;

♨️ Qoricha farra dhukkubbii (anti pain) kan akka parastamolii,ibuprofen fudhachuu
♨️ Antibiotic-infeekshinii yoo uume
♨️ Ilkaan miidhamee buqqisuun fi kkf furmaata argachuun ni danda'ama

⚡️ Of eeggannoo godhamuu qabu

👉 Guyyaatti si'a 2/3 ilkaan rigachuu
👉Nyaata fi dhugaatii sukkaara baay'atu fayyadamuu hir'isuu
👉 Yeroo yeroon laalamuu
👉 Nyaata kuduraaf muduura soorachuu

Yeroo kam mana yaalaa deemuu qabna
👉 Dhukkuubbiin walitti fufiinsaan guyyootaf yoo namarra ture
👉 Hoo'ina qaamaa yoo qabaate
👉 Dhiitoo yoo qabaate
👉 Dhangala'aa akka malaa yoo qabaate
👉 Yeroo nyaatan miira dhukkubbii yoo qabaate
👉 Irgi dhiita'uu fi diimachuu

Waa'ee FayyaaWaa'ee Fayyaa
https://www.youtube.com/@BarumsaaFayyaa

Barumsa Fayyaa

09 Nov, 02:56


Dhukkubbiin hundi barumsa kenna barumsi hundi nama jijjiira.

Every pain gives a lesson and every lesson change a person.

📱 @Barumsaafayyaa

Barumsa Fayyaa

08 Nov, 14:47


WAA'EE QORICHA PARACETAMOL 500MG
~||~
1️⃣.Qorichi paracetamol maali?
Paracetamol~jechuun qoricha garee farra dhukkubbii fi tempireechara qaamaa (analgesics and antipyretic)kan too'atu ta'ee kan dhukkubbii salphaa hanga giddu galeessaa fi tempireechara qaamaa dabalee jiru kan hir'isuuf gargaaruudha.

2️⃣.Qoricha paracetamol yeroo fayyadamnu bu'aalee akkamii qaba?
         * Dhukkubbii mataa.
         * Dhukkubbii dugdaa.
         * Dhukkubbii ilkaanii.
         * Dhukkubbii maashaa qaamaa.
         * Dhukkubbii yeroo marsaa laguu.
         * Dhukkubbii dhibee sayinasii.
         * Dhukkubbii laagaa.
         * Tempireechara qaamaa to'achuu fi kkf yaaluuf gargaara.

3️⃣.Qoricha paracetamol yaalaaf fudhachuun durati maali godhuu qabna?
Namoonni alarjii qoricha paracetamol qabu qoricha paracetamol fi oomishaalee biroo kan qoricha paracetamol ofi keessaa qabu fayyadamuu hin qabnuu.
Namoonni rakkoo fayyaa biroo kanneen akka...
         * Rakkoo fayyaa tiruu ykn kalee qabu.
         * Rakkoo hir'ina qaamaa ykn hanqina nyaataa qabu .
         * Rakkoo fayyaa dhibee kulkula arthritis salphaa ta'e qabu.
         * Rakkoo guyyaa hunda araada alkoolii dhuguu ykn alkoolii baay'isee dhuguu qabu.
         * Hir'ina inzaayimii(glucose-6-phosphatedehydrogenase deficiency) qabu.
         * Rakkoo fayyaa dhibee asmii irraa rakkataa jiru.
         * Rakkoo fayyaa gosa hir'ina dhiigaa (hemolytic anemia) jedhamuu fi kkf qabu ogeessa fayyaatiif himnu malee qoricha kana callisee fayyadamuu hin qabu.
Namoonni qorichoota biroo kan akka
          * Qorichoota dhiiga qal'isu.
          * Qorichoota farra Haqqisuu/Lolloocuu muraasa.
          * Qorichoota farra kolestiroolii.
          * Qorichoota Gaggabdoo.
          * Qorichoota dhibee sombaa.
          * Qorichoota farra dhukkubbii fi kkf rakkoo fayyaa birootiif fayyadamaa jiru qoricha paracetamol yaalaaf fudhachuu eegaluun durati ogeessa fayyaa beeksisuu malee qoricha kana fayyadamuu hin qabuu.
Dubartiin ulfaa fi haati hoosiftuu qoricha kana ogeessa fayyaa gaafachuun fayyadamuu ni dandeessii.

4️⃣.Qoricha paracetamol yaalaaf fudhachuun durati maali godhuu qabna?
Akkaatuma ogeessi fayyaa nuuf ajajeti sirriti hubannee fudhachuu qabna.
Qoricha paracetamol hamma ogeessi fayyaa nuuf ajaje malee isaa oli fi isaa gadi fudhachuu hin qabnu.
Qoricha paracetamol yeroo yaalaaf fudhannuu garaagarummaa sa'atii 4 ykn 6 tiin yeroo barbaachisaa ta'eti yoo fayyadamnee rakkoo hin qabu ta'ullee sa'atii 24 keessati doosii 4 oli fudhachuu hin qabnuu.
Qoricha paracetamol guyyoota 3 oli yaaalaaf fayyadamuu hin qabnuu.
Qoricha paracetamol kiniinii ykn kaapsuulii isaa bishaan burcuqoo 1 guutuu walin liqimsuu qabna.
Qoricha paracetamol bifa dhangala'ootiin jiru yoo ta'ee sirriti raasnee safarree akka ogeessi fayyaa nuuf ajajeti yeroo barbaachisaa ta'eti fudhachuu qabna.
Qoricha kana guyyaati giraama 4 (4000mg) oli yoo fayyadamnee summii ta'ee tiruu fi kalee keenya balleessuun lubbuu keenyaaf sodaachisaa wan ta'eef hamma xiqqaa bu'aa qabeessa ta'e qofa ogeessa fayyaa gaafachuun of eeggannoon fayyadamuu qabna.

5️⃣.Qorichi paracetamol miidhaalee akkamii fiduu mala/danda'aa?
    * Afaan madaa'uu.     
    * Fuulli,laagaan,hidhiin fi kkf dhiita'uu.
    * Harki,miilli,koomeen miilaa fi kkf dhiita'uu.                                            
    * Rakkoon gogaa mul'achuu.
    * Harganuuf rakkachuu.
    * Liqimsuuf rakkachuu.
    * Qoricha paracetamol isa munneen/jalaan kaayamu yoo fayyadamnee miidhaa akka naannoon munnee diimachuu fi madaa'uun mul'achuu.
    * Rakkoo tiruutiin lolloocuu,sardaan ulfaatinni qaamaa hir'achuu,fedhii nyaataa dhabuu,halluun ijaa fi gogaa keelloo ta'uu fi kkf mul'achuu.
    * Guyyaa hunda, yeroo dheeraaf qoricha paracetamol fayyadamuun tiruu fi kalee balleessuu fi kkf fiduu danda'aa.
Kanaafuu yeroo mallattoolee armaan olii kana ofirrati argine qoricha kana yeruma san fudhachuu dhaabnee hatattamaan gara mana yaalaa deemnee ogeessa fayyaa beeksisuu qabna.     

Barumsa Fayyaa

08 Nov, 14:47


Fayyaa ta'aa. Horaa bulaa.
#sher & #follow
👇👇👇
https://www.youtube.com/@BarumsaaFayyaa

Barumsa Fayyaa

08 Nov, 14:38


Folder haaraa banee waanan jiruuf namoonni channel keessan miseensa 1k ol tahe asiin na dubbisaa!
👉 @Mage49

Channel  View qabu male natti hin fidinaa .
Folder guutuuf jedha kanaaf dafaa itti fayyadamaa

Barumsa Fayyaa

08 Nov, 09:25


DHUKKUBA MICHII SOMBAA
******
Du'a daa'imman fi ijoolleef sababni jalqaba dhukkuba michii sombaati.
-Biyyaa hiyyeeyyi % 99
-Ameerikati % 97n hir'achuuf sababni
-Qoricha haarawa argamu
-Talalli hedduu omishamu
-Tajaajila inshuransii fayyaa eegalu
Lubbuun jiraachuf barbaachisan
-Oksijini
-Bishaan
-Nyaata
Namni gaasi Oksijiini malee daqiiqa 3 oliif lubbuun hin turuu
Qilleensi hargannuu
Naannoo-%21 gaasi oksijini
Namtolchee->25
Qaamotnihargansuu funyan irra hangaa afuuffe
-Afuuffee sombaa bakka O2 fi CO2 wolgeeddaru
Kulkuluun ujummoo qilleessa xixxiqaa fi afuuffee dhukkuba michii sombaa jedhama.
Sababoota Michii sombaa
Lubbu qabeeyyii xixxiqqo
-Vayirasii
-Baakteeriya
-Fangas
- Parasayiti
©Lubbu maleeyyii
Namoota saaxilamoo
-Umrii wogga <5
-Hir'innaa nyaata
-Kaansarii
-HIV
-Mudaa onnee,sombaa...
-Aarsa tamboo
Mallatoo torbee 1 gadii dhukkubicha
-Qufaa
-Gubaa
-Daddaffin harganuu
-Woraansa qomaa
-Bowo mata
-Bifa goga gurraachesu
Qorannoo
-Dhiiga
-Raajii
Wal'aansa
-Oksijiini
-Dhangala’oo
-Dawaa
Xaxaa michii sombaa
-Malaa qomaa keessa kuusu
-Infekshinii qaamota sombaan alaatti facaasu
-Albudaa sodiyeem jeequ
-Afufuuffe bokooksuu fi dhoosu
Ittisaa
-Talaalli
-Dawaa
-Qulqullina

Like and share
@Barumsaafayyaa
@Barumsaafayyaa

Barumsa Fayyaa

07 Nov, 13:17


Faayidaa Apple Qabu:

Apple soorachuun faayidaa inni qabu baay'ee ta'ullee isaan keessaa muraasni kunoo:-

1. Dhibee kaanserii nurraa ittisa.
2. Fayyaa lafee keenyaaf.
3. Fayyaa sammuu keenyaa bara dullumaaf.
4. Kolestroolii qaama keenya keessaa ni xiqqeessa.
5. Fayyaa Onnee keenyaaf.
6. Qaamni keenya dhibee garaa garaa akka dandamachuu danda'uuf ni gargaara.
7. Dhibee asmiif ni fayyada.
8. Qulqullummaa fi Fayyaa ilkaan keenyaaf ni gargaara.
9. Carraa dhibee shukkaaraan qabamuu keenya ni xiqqeessa.
10. Furdina qaamaa gar malee nurraa ittisa.

Faayidaa hedduu waan qabuuf #Apple haa soorannu!

Barumsa Fayyaa

07 Nov, 13:15


FAAYIDAA FAYYAA ROQAA
Qorannoon akka agarsiisutti Roqaan dhiiraa fi dubartoota fedhii saalaa fi ga'umsa saalqunnamtii akka dabalu gargaaruu danda'a.

FAAYIDAA ROQAA
1. Bullaa'insa nyaataa ni fooyyessa
2. Ulfaatina qaamaa hir'isuuf gargaara
3. Kaansarii ni lola
4. Madaan garaachaa akka hin uumamne ni ittisa
5. Qufaa, qorra fi dhukkuba asmii ni yaala
6. Dhukkuba sukkaaraa to'achuuf gargaara

8. Madaa fayyisuuf gargaara
9. Gogaa qulqulleessa
10. Finniisa ni fayyisa, pigmentation dhabamsiisa
11. Rifeensi akka hin baane ittisa
12. Hamma kolestroolii ni to'ata
13. Dhiiga qulqulleessituu
14. Sirna ittisa qaamaa ni guddisa

15. Goginsa garaa hir'isa
16. Dhiibbaa dhiigaa ni hir'isa
17. Akkasumas faayidaa ajaa'ibaa tokko tokko kan qaama dubartootaaf dibata saalaa fooyyessuu qaba.
18. Guddina harmaa guddisuuf gargaara. Wantoota dhadhaa kan akka timira, burtukaanaa fi fuduraalee biroo nyaachuun guddina harma guddisuuf gargaara

19. Kaalorii xiqqaa fudhachuuf gargaaruu danda'a.

20. Dhukkuba Tiruu cooma qabu ofirraa baasuuf gargaaruu danda'a.
21. Hojii qaamaa hedduu keessatti kan gargaaru maagniziyeemiin baay'ee qaba.
22. Dhukkuboota akka busaa yaaluufis ni danda’ama.
23. Antioxidants fi amaloonni farra inflammatory qaban dhukkuba onnee fi sukkaaraa irraa of eeguuf gargaaruu danda'u

AKKAATA KAMIIN ITTI FAYYADMNU???
Yeroo nyaata bilcheessitu nyaata keessanitti dabaluu, juusii tolchuu ykn adduma isaa nyaachuu dandeessu.

Miidhaa Cimaa Roqaa
1. Alarjii Fiduu Danda'a
2. Yoo timira baay'inaan nyaattan, iimaaliin ilkaan keessanii qaama asiidii isaatiin hin xuuxamuu.

Barumsa Fayyaa

07 Nov, 08:24


1). Wal Qunnamtii Saalaaf jette hin fuudhin.

2). Dulloomaa waan jirtuuf hin fuudhin.

3). Umuriin isii ijoollee waan taateef hin fuudhin.

4). Kophaa waan taateef hin heerumin.

5). Nama Maallaqaan si deeggaru waan si barbaachisuuf hin heerumin.

6). Dogoggoraan isaaf Ulfa waan taateef hin heerumin.

7). Nama sana dhabuu waan hin barbaanneef hin heerumin.

8). Sababa Dhiibbaa maatiitiin hin fuudhin.

9). Yaada Fuudhaa fi Heerumaa waan sitti toleef hin heerumin.

10. Sababa Mararfannaatiin ykn Mararfannaa irraa kan ka'e hin heerumin.

11). Sababa Gosaan hin fuudhin.

12). Uffaata cidhaa waan dinqisiifattuuf hin heerumiin.

13). Ijoollee waan jaallattuuf hin heerumin.

14). Hiriyoonni kee hundi Fuudhaa waan jiraniif hin fuudhiin.

15). Sababa Ulaagaa Qaamaa/ Barnootaatiin hin heerumin.

16). Hiree guutuu waan barbaaddeef fuudhi.

Barumsa Fayyaa

06 Nov, 08:41


Warra gaa'ela qabdaniif.....
***
Walqunnaamtiin saalaa waantoota gaa'ela keessatti ijoo ta'an keessaa isa tokko. Faayidaan fayyaa walqunnaamtii saalaa irraa argamuhoo maal fa'i?
***
1. Dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu qaama keenyaa hedduu cimsa.
2. Dandeettii fincaan qabaachuu afuuffee fincaanii dubartootaa ni dabala.
3. Dhiibbaa dhiigaa qaama gadi buusuuf gargaara.
4. Sochii qaamaa waan ta'eef fayidaalee sochiin qaamaa agamsiisu nuuf kenna.
5. Carraa dhukkuba onnee tasaa gadi buusa.
6. Dhukkuubbii qaamaa (pain) kamiyyuu kan qabnu yoo ta'e akka nutti hin dhaga'amne taasisa.
7. Dhiirotaaf ammoo carraa kaanserii xannacha prosteetii dhiiraa hir'isa.
8. Hirriba qulqullina qabu akka rafnu taasisa.
9. Dhiphina sammuu (stress) nurraa ittisa.
***

Barumsa Fayyaa

05 Nov, 07:12


* Sirriti arguu dadhabuu fi ijji dhukkubuu.
* Dhiita'uu fi ulfaatinaa qaamaa dabaluu.
* Bowlii dhiiga qabu ba'uu,dhiiga qufa'uu ykn haqqisuu.
* Onneen sardaan ykn suuta dha'achuu.
* Hammi elementii pootaasiyeemi hir'achuun garaan goggoguu,onneen Sirnaan dhahachu dhabuu,baay'ee dheebachuu ykn finca'uu fi kkf mul'achuu.
* Dhiibbaan dhiigaa dabaluun mataan dhukkubuu,sirriti arguu dadhabuu,funuunuu(funyaaniin dhiiguu),dhipachuu fi kkf mul'achuu fa'adha.
Kanaafuu yeroo mallattoolee armaan olii kana ofirrati argine qoricha kana yeruma san fudhachuu dhaabnee hatattamaan gara mana yaalaa deemnee ogeessa fayyaa beeksisuu qabna.

Barumsa Fayyaa

04 Nov, 08:47


Dhukkuba Alzimarii
Dhukkuba Alzimarii jechun maal jechudha?
DHUKKUBA ALZIMARII JECHUN DHUKKUBA RAkKOO YAADUU XINXAALUU MURTEESSUU DADHABUU FIDUUDHA DHUKKUBA KANA KAUMSI ISAA GUUTUMAAN GUUTUTTI HIN BEEKKAMNE GARUU IRRAA CAALATTI RAKKOO GENETICS WAJJIIN WALQABATADHA.
Genetics keesaatti jijiiramuu chromosome 1,14fi21 wajjiin walqabata.
Ademsi jijjiiramuu chromosome kanaa jijiiramuu prootinii membranii Kan amyloid precursor protein (APP) jedhamu fida .App kun enzymes sadi maddisiisuu danda'a isaniis alpha beta fi gama jedhamu.
Pathophysiology isaa ilaalchisee akka warri theory cholinergic jedhutti hanqina neurotransmitters cholinergic wajjiin walqabatu qaba jedhan.
Humnaan Ala hojjachuu receptor glutamete.
Kanaafuu neurotransmitter cholinergic kana akka dalagaan isaa dabalu yoo goone dandeettin yaaduu XINXAALUU MURTEESSUU dabaluu danda’a jechuudha.
CLINICAL presentation
Irranfachuu yaadachuu dahabuu maqaa isaa dagachuu fincaan qabachuu dadhabuu faatu irrati mullata.
STAGE OF DISEASE YKN SADARKAA DHUKKUBNI KUN IRRA JIRU BEEKUUF
MMSE Mala jedhamu fayyadamna

Stage 1 :Waan darbe yaadachuu dadhaba.dalagaa dalaguu dadhabba fkf hojii mana keessaa Kan akka uffata dhiquu waxii dalaguu fi k.k.f
Yeroo kana MMSE SCORE 30 _21 JIRA JECHUUDHA
SATGE 2;(Moderate (MMSE
Score 20–10) ; gargaarsa namoota biroon alatti hojjachuu dhadhaba
Stage 3(Severe (MMSE
Score 9–0); yeroo kanatii maqaa isaa irraanfachuu jaalallee isaa duraanii irranchuu fi maatii isaa Irranfachuu irratti mullatta saatii 24 guutuu gargaarsaan Ala sochauu hin dandahu …… itti fufa

Barumsa Fayyaa

03 Nov, 14:01


WAA'EE QORICHA DEXAMETHASONE 2MG/4MG
//
1️⃣.Qorichi Dexamethasone maali ?
Dexamethasone~jechuun qoricha garee (corticosteroids) jedhamu ta'ee kan wantoonni qaama keenya keessati mallatooleen kulkulaa/infilaameeshiinii kan akka dhiita'uu,dhukkubuu,diimachuu ,alarjii fi kkf akka uumamu taasisu akka hin argamne gochuuf gargaara.

2️⃣.Qoricha dexamethasone maalif fayyadamna?
* Inifilaameeshinii dhibee arthritis.
* Inifilaameeshinii dhibee sirna narvii,cabsannaalee qaamaa fi gogaa miidhuu(lupus).
* Inifilaameeshiinii dhibee rakkoo gogaa(psoriasis).
* Inifilaameeshiinii dhibee rakkoo kolonii mar'iimaanii (ulcerative colitis).
* Dhibee rakkoo sirna hargansuu fi dhibee asmii.
* Haalota akka alarjii cimaa.
* Dhibee rakkoo dhiigaa ykn hoormoonii.
* Rakkoo ijaa.
* Mallattoo dhibee kaansarii muraasa fi kkf yaaluuf gargaara.

3️⃣.Qoricha dexamethasone yaalaaf fudhachuun durati maali godhuu?
Namoonni alarjii qoricha dexamethasone ykn inifeekshinii fungasii qaama iddoo kamiyyuu irraa qabu qoricha kana fayyadamuu hin qabuu.
Namoonni rakkoo fayyaa biroo kan akka dhibee tiruu,kalee,dhibee sombaa,rakkoo taayifooyidii,inifeekshinii ijaa(herpes eye infections),madaa garaachaa,dhiphina sammuu,dhibee sammuu,dhiibbaa dhiigaa,Dadhabina onnee,rakkoo maashaalee fi kkf qabu ogeessa fayyaa gaafatu malee qoricha kana fayyadamuu hin qabuu.
Qorichi dexamethasone dandeettii dhibee ofirra ittisuu qaamaa wan hir'isuu danda'uuf salphumati Infeekshiniin akka hubamnu nu taasisuu wan danda'uuf yoo inifeekshinii kamuu qabaachaa turre ykn qabaanne qoricha dexamethasone fayyadamuun durati ogeessa fayyaatiif himuu qabna.
Yeroo qoricha dexamethasone fayyadamaa jirru namoota dhibee ykn inifeekshinii qaban irraa fagaannee jiraachuu qabna.
Akkasumaas yeroo qoricha dexamethasone fudhachaa jiru alkoolii dhuguu irraa fagaachuu qabna.
Namoonni qoricha dexamethasone fudhachaa jiran qoricha talaallii lubbuu qabu (live vaccine) jedhamu waliin fudhachuu irraa of qusachuu qabu sababni isaa bu'aa talaallii(vaccine) gadi hir'isee akka sirritti hin hoojjane godhuu wan danda'uuf.
Dubartiin ulfaa qoricha dexamethasone fudhachuun daa'ima garaa jiru irrati miidhaan inni geessisuu danda'u wanti beekamee hin jiru ta'ullee garuu ogeessa fayyaa gaafatu malee qoricha kana fayyadamuu hin qabduu.
Haati hoosiftu qoricha dexamethasone yeroo fayyadamtee daa'ima ishee hoosisuu hin qabduu.
Qoricha kana iddoo hoo'a fi jiidhaa irraa fageeysinee kuusuu qabna.

4️⃣.Qoricha dexamethasone yaalaaf akkamiti fudhachuu qabna?
Akkaatuma ogeessi fayyaa nuuf ajajeti fudhachuu qabna.
Qoricha dexamethasone hamma guddaa yeroo dheeraaf fayyadamuu hin qabnuu.
Qorichi dexamethasone gubaa garaachaa wan fiduu danda'uuf nyaata ykn aannani waliin fudhachuu qabna.
Qoricha kana yeroo fudhachaa jirru soorata elementii pootaasiyeemiin ykn pirootiinani badhaadhaan,soorata ashaboo xiqquma qabu soorachuu fi kkf godhuu qabna.
Qoricha dexamethasone yeroo fudhachaa jirruu osoo ogeessa fayyaa hin gaafanne yeruma takka keessati dhaabuu hin qabnu mallaattoolee gaarii hin ta'in nurrati mul'isuu wan danda'uuf doosii isaa suuta suutaan hir'isaa dhaabuu qabna.

5️⃣.Qorichi dexamethasone miidhaalee akkamii fiduu mala/danda'aa?
* Dafquu.
* Hafuurri hanqachuu.
* Dhukkubbii garaachaa.
* Dhukkubbii mataa.
* Dadhabii maashaalee.
* Qaamni dhangala'oo kuusuun harki ykn koomeen miilaa dhiita'uu.
* Finniisni qaama keenyarrati mul'achuu.
* Amalli jijjiiramuu fi hirriiba dhabuu.
* Fedhiin nyaataa dabaluu.
* Rakkoo gogaa fiduu.
* Bocni fi iddoon faatiin qaamaa itti argamu jijjiiramuu.
* Guddina daa'immanii irrati dhiibbaa uumuu.
* Rifeensi sardaan guddachuu.
* Yeroon marsaa laguu dubartii jijjiiramuu.

Barumsa Fayyaa

02 Nov, 18:02


WAA'EE QORICHA DEXAMETHASONE 2MG/4MG
//
1️⃣.Qorichi Dexamethasone maali ?
Dexamethasone~jechuun qoricha garee (corticosteroids) jedhamu ta'ee kan wantoonni qaama keenya keessati mallatooleen kulkulaa/infilaameeshiinii kan akka dhiita'uu,dhukkubuu,diimachuu ,alarjii fi kkf akka uumamu taasisu akka hin argamne gochuuf gargaara.

2️⃣.Qoricha dexamethasone maalif fayyadamna?
* Inifilaameeshinii dhibee arthritis.
* Inifilaameeshinii dhibee sirna narvii,cabsannaalee qaamaa fi gogaa miidhuu(lupus).
* Inifilaameeshiinii dhibee rakkoo gogaa(psoriasis).
* Inifilaameeshiinii dhibee rakkoo kolonii mar'iimaanii (ulcerative colitis).
* Dhibee rakkoo sirna hargansuu fi dhibee asmii.
* Haalota akka alarjii cimaa.
* Dhibee rakkoo dhiigaa ykn hoormoonii.
* Rakkoo ijaa.
* Mallattoo dhibee kaansarii muraasa fi kkf yaaluuf gargaara.

3️⃣.Qoricha dexamethasone yaalaaf fudhachuun durati maali godhuu?
Namoonni alarjii qoricha dexamethasone ykn inifeekshinii fungasii qaama iddoo kamiyyuu irraa qabu qoricha kana fayyadamuu hin qabuu.
Namoonni rakkoo fayyaa biroo kan akka dhibee tiruu,kalee,dhibee sombaa,rakkoo taayifooyidii,inifeekshinii ijaa(herpes eye infections),madaa garaachaa,dhiphina sammuu,dhibee sammuu,dhiibbaa dhiigaa,Dadhabina onnee,rakkoo maashaalee fi kkf qabu ogeessa fayyaa gaafatu malee qoricha kana fayyadamuu hin qabuu.
Qorichi dexamethasone dandeettii dhibee ofirra ittisuu qaamaa wan hir'isuu danda'uuf salphumati Infeekshiniin akka hubamnu nu taasisuu wan danda'uuf yoo inifeekshinii kamuu qabaachaa turre ykn qabaanne qoricha dexamethasone fayyadamuun durati ogeessa fayyaatiif himuu qabna.
Yeroo qoricha dexamethasone fayyadamaa jirru namoota dhibee ykn inifeekshinii qaban irraa fagaannee jiraachuu qabna.
Akkasumaas yeroo qoricha dexamethasone fudhachaa jiru alkoolii dhuguu irraa fagaachuu qabna.
Namoonni qoricha dexamethasone fudhachaa jiran qoricha talaallii lubbuu qabu (live vaccine) jedhamu waliin fudhachuu irraa of qusachuu qabu sababni isaa bu'aa talaallii(vaccine) gadi hir'isee akka sirritti hin hoojjane godhuu wan danda'uuf.
Dubartiin ulfaa qoricha dexamethasone fudhachuun daa'ima garaa jiru irrati miidhaan inni geessisuu danda'u wanti beekamee hin jiru ta'ullee garuu ogeessa fayyaa gaafatu malee qoricha kana fayyadamuu hin qabduu.
Haati hoosiftu qoricha dexamethasone yeroo fayyadamtee daa'ima ishee hoosisuu hin qabduu.
Qoricha kana iddoo hoo'a fi jiidhaa irraa fageeysinee kuusuu qabna.

4️⃣.Qoricha dexamethasone yaalaaf akkamiti fudhachuu qabna?
Akkaatuma ogeessi fayyaa nuuf ajajeti fudhachuu qabna.
Qoricha dexamethasone hamma guddaa yeroo dheeraaf fayyadamuu hin qabnuu.
Qorichi dexamethasone gubaa garaachaa wan fiduu danda'uuf nyaata ykn aannani waliin fudhachuu qabna.
Qoricha kana yeroo fudhachaa jirru soorata elementii pootaasiyeemiin ykn pirootiinani badhaadhaan,soorata ashaboo xiqquma qabu soorachuu fi kkf godhuu qabna.
Qoricha dexamethasone yeroo fudhachaa jirruu osoo ogeessa fayyaa hin gaafanne yeruma takka keessati dhaabuu hin qabnu mallaattoolee gaarii hin ta'in nurrati mul'isuu wan danda'uuf doosii isaa suuta suutaan hir'isaa dhaabuu qabna.

5️⃣.Qorichi dexamethasone miidhaalee akkamii fiduu mala/danda'aa?
* Dafquu.
* Hafuurri hanqachuu.
* Dhukkubbii garaachaa.
* Dhukkubbii mataa.
* Dadhabii maashaalee.
* Qaamni dhangala'oo kuusuun harki ykn koomeen miilaa dhiita'uu.
* Finniisni qaama keenyarrati mul'achuu.
* Amalli jijjiiramuu fi hirriiba dhabuu.
* Fedhiin nyaataa dabaluu.
* Rakkoo gogaa fiduu.
* Bocni fi iddoon faatiin qaamaa itti argamu jijjiiramuu.
* Guddina daa'immanii irrati dhiibbaa uumuu.
* Rifeensi sardaan guddachuu.
* Yeroon marsaa laguu dubartii jijjiiramuu.

Barumsa Fayyaa

02 Nov, 16:03


Guyyaatti qarshii 10,000birr hanga 100,000birr hojjechu dandeessu

Bakka START jedhu tuquun start gochun hojjedhaa

Barumsa Fayyaa

02 Nov, 08:16


➫NAMOONNI NU HORDOFAA JIRTAN MEE REACT GODHAA 👍
➫NAMOONNI NU HORDOFAA HIN JIRRES MEE REACT GODHAA 👎

Barumsa Fayyaa

02 Nov, 08:14


Eeggannoo ykn kunuunsa gurguddoo sadi (3) daa'imman keenyaaf:
***

1. Harma hoosisuu irratti. Aannan haadhaa addunyaa kana irratti daa'ima amma dhalateef bakka nyaataa fi dhugaatii bu'ee kan tajaajiluu gita kan hin qabnedha. Daa'imni dhalate/tte tokko haga ji'a ja'aatti aannan harmee ishii qofa soorachuu qabdi. Keemikaala vaayiresii fi baakteeriyaa garaa garaa lolan of keessaa qaba, allerjii, infekshiinii garaa garaa kan akka teesiisaa, ittisa. Daa'imni aannan harmeesaa hodhee guddate sammuun isaa kan hin hodhiin caalaa qaroomaa ta'a. Kan nama dhibu aannan guyyoota jalqabaa ba'u furdaan silga (clostrum) jedhamu ujummoo nyaataa daa'imaa kan nyaata agree hin beekne barsiisuudhaaf kan dursee dhufu kanaaf baay'ee barbaachisa.

2. Aduutti ho'isuu. Torbanitti yoo xiqqaate guyyaa afur ganama ganama daqiiqaa 30 (soddomaaf) daa'imman keeenya aduutti baasuu qabna. Lafeen daa'immanii jaabaatee guddachuuf vitamin D dirqama barbaachisaadha. Vit D ammoo kan oomisha gogaa daa'immanii keessatti gargaarsa aduutiin.
Isa kana hedduun Keenya ni beekna garuu dogoggorri yeroo hedduu uumamu daa'ima too aduutti ho'isnu dibata akka vaasiliinii fi dhadhaa itti dibna. Kun tasumaa ta'uu hin qabu. Dibata yoo dibuun barbaachise erga aduutti baafnee booda. Daa'ima yoo aduutti baafnu, dibata tokko malee, uffata tokko malee qullaa isaanii baasuu qabna.

3. Talaallii yeroo yerootti kennamu akka salphaatti ilaaluu hin qabnu. Talaalliin kennamu dhukkuboota akka Hepatitis B virus, tetanus, Tuberculosis, measles, diphtheria, pertussis, streptococcus pneumonia, fi kanneen biroo irraa daa'imman keenya eega.
Galatoomaa!!!
Fayyaan faaya!!!
Fayyaa ta'aa!!!

Barumsa Fayyaa

02 Nov, 05:06


🎉🎉wow wow amazing 🎉🎉
💥💥Baga gammaddan💥💥💥
🧑‍💻 Har'a channel tokko isiniif qabannee dhufnee jirra.🤷🏽
📲 channel'n Kun channel barsiisaa dha. 🙆‍♀🙆‍♀🙆‍♀🙆‍♀
🤷🏽wa'ee maalii dabarsa jechuu dandeessu.

FREE INTERNET 🆓
AIRDROP AMANSIISAA🎖
DAILY COMBO 🎟
TECH TIPS🧑‍💻
BARNOOTA MOBILE📲
🙆‍♀🙆‍♀🙆‍♀Maarree egaa Maal eegduree seenuun 🙆‍♀🙆‍♀🙆‍♀
💵Irraa fayyadamaa, akkasumas itti fayyadamaa Jenna. ⭐️
🔗Link'n channel kana eessa jira? 🗂
Kunoo👇👇👇👇👇👇👇
🔗 Https://t.me/joshuatech1

Amma seenuun maatii channel kanaa ta'aa.

🙏🙏🙏Galatoomaa 🙏🙏🙏

Barumsa Fayyaa

01 Nov, 07:30


https://t.me/BBQcoin_bot/BBQcoin?startapp=r_1808903699

Barumsa Fayyaa

31 Oct, 15:48


Oduu Gammachisa 😊😊

#PAWS pre-market exchange Bybit Gubbarati 0.04 Bahe

Warri hin eegale ammuma egalaa guyyaa 7 kessatti gaara Qarshitti jijiramuuf dema 👇👇👇👇

https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=1405mbwc

Barumsa Fayyaa

30 Oct, 11:57


😯Wanti nama hawwatuu fi tarii barbaachisaa taʼe tokko mulʼateera.
Gareen kun hoji

🌟gaggeessaa olaanaa Blum dabalatee namoota beekamoo qaba.  Mul'anni isaas hamma tokko bifa $DOGS wajjin wal fakkaata.

🧑‍💻 Keesa yommu serntan akkuma #DOGS wajjin tokko, seennee, check-in goonee POINT arganna, kana qofa.

🔎 Saantima sochiiwwan kanaan dura Not, Dogs fi Hamster keessatti hojjetamaniif kennama.

👉 jalqabuuf = START
https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=1405mbwc

Barumsa Fayyaa

29 Oct, 11:54


Dhagaan baatirii daa'immaniif balaa "ajjeechaa" akka fiduu beektuu?
---------------------------------
Mudannoo dhihoo tana taatee tokkoo isiniif qooduu barbade. Mucaan xiqqaan waggaa 2 tokko mana keessatti waan calaqqisu argate. Akkuma beekamu daa'imman umrii tanatti waa qorachuu waan barbaadaniif inniis dhandhamuuf murteessee afaan keessaa godhate. Guyyaa itti aanutti warri isaa mucaan garmalee gororuu fi nyaata nyaachuu akka dide hubatan. Abbaan mucaa hoggaa afaan ilaalu hudduu baatirii dhagaa xixiqqoodhaa kan riimootii afaan ilma isaa keessaa gama oliitti maxxanne hoggaa argu isa rifachiise. Yeroo baasuuf yaalu dhiigni dhangala'ee, baatirii irra bahees dhabee. Kana booda Ilmi isaanii wantoota balaafamaa kana liqimseera jedhanii sodaachuun fiiga Giddugala Addaa Daa'immanii Eebbaa fidan.


Baatiriiwwan meeshaalee manaa hedduu keessatti argaman kaan yoo liqimfaman tishuu qaamaa gubuu fi miidhuudhan miidhaa cimaa hanga lubbuu geessisuu danda’a.

Keessumaa balaan kun daa’imman xixiqqoo irratti baay’inaan mul’ata. Sababni isaas

1. Daa'imman xixiqqoon wantoota afaan isaanii keessa kaa'uudhaan qorachuu kan jaallatan yoo ta'u, baatiriiwwan xixiqqoon waan calaqqisanif xiyyeeffannoo isaanii hawwatu.
2. Baatiriiwwan xixiqqoo waan ta'aniif karameellaa ykn meeshaa taphaa fakkaachuu waan danda'aniif daa'imman xixiqqoodhaaf qormaata ta'a.
3. Meeshaaleen mana keessaa hedduun baatirii kana kan fayyadaman yoo ta'u yeroo baay'ee daa'imman biratti argamu danda’u.
4. Meeshaaleen taphaa fi meeshaaleen tokko tokko kutaa baatirii keessa ta'u cuqqaalaa sirrii ta’e waan hin qabneef daa’imman salphaatti akka argatu taasisa.
5. Warri daa'immanii balaa baatiriin qabu waan hin beekneef daa'imman irra akka waan summi'ii ykn qorichatti hin fageessan.
Rakkoolee baatirii liqimsuudhaan dhufuu.

1. Tishuu qaamaa waliin yeroo wal qunnamu, gubaa keemikaalaa dabalatee miidhaa tishuu battalumatti fiduu danda'a.
2. Marrummaan dhoosuudhaan asiidiin garaachaa fi qabiyyeen nyaataa garaa keessatti akka dhangala'u taasisa.
3. Haala hin baramneen ujummoo nyaataa fi dhiga gidduutti uumamuu danda’a. (Aortoesophageal fistula)
4. Ujummoo nyaataa ykn ujummoo bullaa'insa nyaataa madeessuun akka dhiphatu gochuu danda'a.(strictures)
5. Dhiigni keessooti dhangala'ee fiduudhaan lubbuu namaa balaadhaaf saaxilu.
6. Tishuuwwan naannoo sana jiran keessatti infekshinii fiduu danda'a.

Daa’imman keenya nageenya isaanii eeguuf maatiin:
- Baatirii fi meeshaalee xixiqqoo daa'imman liqimsuu danda’an bakka daa'imman hin dhaqqabneetti kuusuu.
- Balaa baatiriin dhufu hubannoo waalif qooduu.
- Yeroo taphaatti ijoollee keessan sirriitti hordofaa.
- Baatiriin meeshaa taphaa akka hin taanee fi gonkumaa afaan isaanii keessa kaa'amuu akka hin qabne barsiisuu.

Seenaa fi odeeffannoo kana qooduudhaan ijoollee keenya xixiqqoo balaa irra haa ittisnu.

Barumsa Fayyaa

29 Oct, 04:10


😯Wanti nama hawwatuu fi tarii barbaachisaa taʼe tokko mulʼateera.
Gareen kun hoji

🌟gaggeessaa olaanaa Blum dabalatee namoota beekamoo qaba.  Mul'anni isaas hamma tokko bifa $DOGS wajjin wal fakkaata.

🧑‍💻 Keesa yommu serntan akkuma #DOGS wajjin tokko, seennee, check-in goonee POINT arganna, kana qofa.

🔎 Saantima sochiiwwan kanaan dura Not, Dogs fi Hamster keessatti hojjetamaniif kennama.

👉 jalqabuuf = START
https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=8aED0m0N

Barumsa Fayyaa

29 Oct, 02:01


Guyyaatti qarshii 10,000birr hanga 100,000birr hojjechu dandeessu

Bakka START jedhu tuquun start gochun hojjedhaa

Barumsa Fayyaa

28 Oct, 04:54


Dhiirotaaf
Fayyaa qaama saalaa keessaniif jabina isaaf
🌱Bishaan sirriitti dhugaa
🌱nyaata madaalamaa nyaadhaa
🌱sochii qaamaa godhaa
🌱ulfaatina qaamaa garmalee hir'isaa
🌱hirriba gahaa rafaa
🌱tamboo aarsuu dhiisaa
🌱dhiphina ykn stress hir'isaa
🌱alkoolii hir'isuu
Hub: qaamni saalaa dhiiraa guyyaa guyyaan ka'uun jabeenya isaaf akkasumas guddina isaa bakkatti eeguuf gaariidha!
Fayyaa hin dhabinaa
Liinkii tuquun carraa addaa fayyadamaa.
👇👇👇https://t.me/barumsaafayyaa

Barumsa Fayyaa

27 Oct, 12:55


📢$ONX Listing Date

➡️ONUS TAP meeqa keessantu hojjataa jira.

✔️ Nov 24: Mining ni dhaabbata, snapshot godhamaa
✔️ Nov 26: Gara App Onus ti withdraw gochuun jalqabama
✔️ Nov 29: App Onus irratti List ta'a

👍Onus link👇
https://t.me/tonstationgames_bot/app?startapp=ref_pnyedcqzxf6z37jz6f2cqs

Barumsa Fayyaa

27 Oct, 10:43


https://t.me/tonstationgames_bot/app?startapp=ref_pnyedcqzxf6z37jz6f2cqs
November 29 list ta'aa namani hin egaalin ammuma eegala

Barumsa Fayyaa

25 Oct, 16:22


WALQUNNAMTII SAALAA
★★★★★★★★★★★★★★★★★
.
◉ Walqunnamtii saalaa malee dachee tanarra jiraachun hagas mara faayidaa hin qabu. Walqunnamtiin saalaa gammachuu miira keenyaa qofaaf osoo hin taane fayyummaa qaama keenyatiifis murteessadha. Mukaa'uu irra jalqabee hanga kaanseriif saaxilamuu hir'isuu danda'a. Jaalalleewwan lama warra walqunnamtii saalaa hin raawwanne caala warra raawwatan jidduu hariiroo cimaatu jira. Kabajaa fi jaalalli isaan walii qaban kan addaati. Qaamni keenya dhukkuba ofirraa akka ittisuu fi hirriba bareedaa akka rafnu nu taasisa.
.
➲ Qorraaf saxilamuu ni hir'isa. Dhukkuba biraa akka dandamannu ni taasisa. Walqunnamtii saalaa baayisuun yeroo dhukkubaaf saaxilamuu ni xiqqeessa. Akka qaamni bacteria, virus fi germ garagaraa of irraa ittisu godha. Dhiibbaa dhiigaa hir'isuuf ni fayyada. Kana jechuun immoo halkanii guyyaa walqunnamtii saalaa waan dhaantuf dhibeen gonkuma si hin qabu jechuu miti.
.
➲ Fedhiin keenya akka hin hir'anneef walqunnamtii saalaa baayisuun ni gorfama. Yeroo walqunnamtii saalaa dubaraa irratti dhukkubbii dhaga'amuu fi gogiinsa nafsaalaa xiqqeessuf walqunnamtii saalatti jabaachun gaaruma. Yaa'insa dhiigaa gara nafsaalatti taasisuun akka yeroo hunda naaf saalli dubaraa lallaafu taasisa.
.
➲ Walqunnamtii saalaa yeroo hunda raawwachuun akka dubartoonni fincaan isaanii to'ataniif ni gargaara. Yeroo walqunnamtiin saalaa raawwatamu miiran dubartiin yeroo fiixerraa geessu maashawwan naannoo gadameessaa jiran waan kottoofataniif dhiibbaa kana dandamachuu ni danda'u. Jabeenyi yeroo gadameessi isaanii kottoonfatanii kunis humna fincaan too'achuuf fayyadu akka oomishaniif ni gargaara. Akka sochii qaamatti tajaajiluu ni danda'a. Sa'aatii walakkaatti nyaata kaalorii heedduu bulleessuu danda'a.
.
➲ Dhukkubbii yeroo laguu ni ittisa/hir'isa. Dubartiin walqunnamtii saalaa yeroo hunda taasistu warra hin taasisne caala dhukkubbii yeroo laguu dandamatu.
Guutuu isaa asiin argattu
👇

Barumsa Fayyaa

24 Oct, 19:43


Fedhii wal-qunnamtii saalaa guyyaatti yeroo 50 fi isaa oli...
Amanda jedhamti. Uumamaan guyyaatti yeroo 50 oli fedhiin saal-qunnamtii ishee garmalee dabaluun dhiibbaa guddaa irraan gaha. Yeroo sana hunda wal-qunnamtii saalaa gochuu feeti. Mee waa'ee rakkoo kana namoonni biyya keenyaa qabaniif na gaafatanis waan jiraniif waa xiqqoon isiniif barreessa. Rakkoon kun persistent genital sexual arousal disorder jedhama. Uumamaan rakkoon kun namoota muraasarratti kan mul'atu yoo tahu saala lamaan kan hubu tahus hedduminaan shamarran irratti argama. Kunis utuu dhiirri isaan itti hin buhin, waan fedhii saal-qunnamtiif isaan kakaasu osoo hin argin ykn yeroo wal-qunnamtii saalaan ala fedhiin isaanii dabaluun fiixeen qaama saalaa isaanii dhiita'uun, hidhiin ykn harmi isaanii miira addaa fedhii saal-qunnamtii keessa galuun ofto'achuu yoo dadhabanidha. Dabalataan mallattoowwan akka hafuura itti ciccituu, onneen garmalee dha'achuu, fuulli itti diimachuu, kottoonfachuu maashaawwan qaamaafi dhukkubbii qaama saalaafas dabalachuu ni mala. Namoonni tokko tokko guyyaa guyyaan fedhii ofirraa baasuu filatanis kun furmaata tahuu hin malu.
Kanaaf namoonni rakkoo akkasii qabdan yaaliin xiinsammuu fi kan biraas waan jiruuf mana yaalaa deemuun ilaalamaa.
Halkan gaarii isinif haa ta'u!!!
Galatoomaa!!!
Fayyaan faaya!!!

Barumsa Fayyaa

23 Oct, 18:59


𝐆𝐚𝐚𝐟𝐟𝐢𝐢 𝐁𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚𝐬𝐚 𝐐𝐚𝐫𝐬𝐡𝐢𝐢 5000 𝐐𝐚𝐛𝐮 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐇𝐢𝐫𝐦𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚.

𝐀𝐥𝐚𝐚𝐛𝐚𝐚𝐧 𝐒𝐮𝐮𝐫𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐀𝐫𝐠𝐢𝐭𝐚𝐧 𝐊𝐮𝐧 𝐊𝐚𝐧 𝐁𝐢𝐲𝐲𝐚 𝐊𝐚𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚?

Barumsa Fayyaa

23 Oct, 17:33


INFINITY POWER KAN NU HATTE QABAMTE !!😡

Namooti infinity ♾️ power isin
hate maallaqa keessan meeqa akka saamamtan ilaallachuf bakka START jedhu tuquun maallaqa keessan ilaalladhaa !

📥 @Mammee09

Barumsa Fayyaa

23 Oct, 17:31


Hojii Online barachuun online irraa hojii jalqabuu ni barbaduu

Eeyyee Taanaan Barnoota Ajaa'ibaa fi Amanamaa Qabannee Jirra

Barnoota kanas ammuma jalqabaa❗️👇

Barumsa Fayyaa

23 Oct, 15:43


𝗚𝗮𝗮𝗳𝗳𝗶𝗶 𝗳𝗶 𝗱𝗲𝗲𝗯𝗶𝗶 𝗲𝗲𝗴𝗮𝗹𝘂𝘂𝗳 𝗱𝗮𝗾𝗶𝗶𝗾𝗮𝗮 ② 𝗤𝗼𝗳𝗮𝘁𝘂 𝗵𝗮𝗳𝗲

𝗗𝗮𝗳𝗮𝗮 𝗶𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗵𝗶𝗿𝗺𝗮𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮!
𝗚𝗮𝗮𝗳𝗳𝗶𝗶𝗻 𝘁𝗼𝗸𝗸𝗼 𝗯𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮𝘀𝗮 𝗾𝗮𝗿𝘀𝗵𝗶𝗶 200 𝗾𝗮𝗯𝗮. 𝗜𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗵𝗶𝗿𝗺𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 𝗚𝗔𝗔𝗙𝗙𝗜𝗜 𝗕𝗔𝗗𝗛𝗔𝗔𝗦𝗔𝗔 𝗸𝗮𝗻 𝗷𝗲𝗱𝗵𝘂 𝗳𝗶𝗹𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮.

Barumsa Fayyaa

23 Oct, 12:07


Channel guddicha waa'e cryptocurrency wajjin wal qabatan kan yeroon dafee isin bira gahu MAGE TECH keessaa kan hin jirre dafaati itti makamaa

Tajajilli keenya :-

🥇Airdrop amanamaa tahe hordoftootasa biran gahuu

🥈Odeeffannoo wayitawwa ta'an hordoftootasa biran gahuu

🥉Free internet jiru isinif kan maxxansu


WALII GALATTI WAA'E TECH KAN BARSIISUDHA

Ammuma bakka START NOW jedhu tuquun itti makamaa !!!

Barumsa Fayyaa

23 Oct, 11:08


🙋‍♂️𝗚𝗮𝗮𝗳𝗳𝗶𝗶 𝗯𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮𝘀𝗮 𝗾𝗮𝗿𝘀𝗵𝗶𝗶 500(𝗳𝗶𝘃𝗲 𝗵𝘂𝗻𝗱𝗿𝗲𝗱) 𝗤𝗮𝗯𝘂, Nama Durse 25 Qofaaf . 👇

𝗕𝗶𝘆𝘆𝗶 𝘆𝗲𝗿𝗼𝗼 𝗝𝗮𝗹𝗾𝗮𝗯𝗮𝗮𝗳 𝗧𝗲𝗹𝗲𝘃𝗶𝘀𝗶𝗼𝗻 📺 𝗟𝗮𝗮𝗹𝘁𝗲 𝗯𝗶𝘆𝘆𝗮 𝗞𝗮𝗺𝗶?

Barumsa Fayyaa

23 Oct, 11:01


Commercial bank of Ethiopia 🇪🇹

🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩

Badhaasa qarshii 100,000 qopheessee wan jiruuf bakka START jedhu tuquun irrtti hirmaadhaa..

📥 @Mammee09

Barumsa Fayyaa

22 Oct, 19:41


Channeli telegram kana hordofaa jirtuu ? Hordofaa hin jirtan taanaan barnootaa baayyee dhabaa jirtu! Amarraa eegalaa hordofaa Kan darbes dubbisuun bira gahaa. Irraa baradhaa Bashanannaa. Isin hin dabrin carra baayyee gaariidhaa.

Hubadhaa kanneen channeli
Hordoftoota 1K ol beeksifachuu
Barbaaddan Asiin👉 @MN_SMN 👈
Ňa Quunamaa.

Barumsa Fayyaa

22 Oct, 19:16


Channel guddicha waa'e cryptocurrency wajjin wal qabatan kan yeroon dafee isin bira gahu MAGE TECH keessaa kan hin jirre dafaati itti makamaa

Tajajilli keenya :-

🥇Airdrop amanamaa tahe hordoftootasa biran gahuu

🥈Odeeffannoo wayitawwa ta'an hordoftootasa biran gahuu

🥉Free internet jiru isinif kan maxxansu


WALII GALATTI WAA'E TECH KAN BARSIISUDHA

Ammuma bakka START NOW jedhu tuquun itti makamaa !!!

Barumsa Fayyaa

22 Oct, 19:14


➺𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦 𝐣𝐢𝐫𝐭𝐮?
Namonnii Channeliin Kessaan wave dabalachuun Akkaa Isiinif Guddaatuu Barbaddan! Guyyaa Muraasa Qofaa Kessattii Member Hedduu Hora𝐜𝐡uu𝐟 𝐍𝐚 𝐪𝐮𝐮𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚.
◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦
BAKKA Lamaan

➺ Above  ➣  1K+ subscribers
➺ Above  ➣   5K+ subscribers

Na 𝐪𝐮𝐮𝐧𝐚𝐦𝐮𝐮𝐟👉 @MN_SMN 👈

Hubadhaa! 1k Gadi haala Waliigalteen isiniif Hojjanna

Bakki muraasni waan hafeef Daddafaa

Barumsa Fayyaa

22 Oct, 18:17


Commercial bank of Ethiopia 🇪🇹

🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩

Badhaasa qarshii 100,000 qopheessee wan jiruuf bakka START jedhu tuquun irrtti hirmaadhaa..

📥 @Mammee09

Barumsa Fayyaa

22 Oct, 18:15


Daqiiqaa 15 Boodaa Ni Haqaama.

Badhasaa birr 200 ti Arifadha.

0+0×10+10=????

Barumsa Fayyaa

22 Oct, 18:08


🔥𝗚𝗮𝗮𝗳𝗳𝗶𝗶 𝗵𝗶𝗿𝗺𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗮𝗮 𝗕𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮𝘀𝗮 𝗤𝗮𝗿𝘀𝗵𝗶𝗶 4000 𝗤𝗮𝗯𝘂.

𝗠𝗼𝗼𝘁𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮𝗻 𝗡𝗮𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 𝗢𝗿𝗼𝗺𝗶𝘆𝗮𝗮 𝗘𝗲𝗻𝘆𝘂?

Barumsa Fayyaa

22 Oct, 18:06


Miidhaa Alkooliin Qaamarratti Qabu

⓵. Onnee Irratti
Alkoolii baay'isanii dhuguun rakkoo onnee adda addaaf nama saaxila,isaanis
👉 Rakkoo maashaa onnee
👉Olka'insa dhiibbaa dhiigaa
👉Istirookii
👉 Dhannaa onnee hin qindoofne

⓶. Tiruu Irratti
👉Qaamota alkoolin salphaatti miidhaman keessaa tokko tiruudha
👉 Miidhan kunis kulkula tiruu haxga dhibee tiruu yeroo dheeraatti ta'uu danda'a

⓷. Sammuu Irratti
👉 Kutaan sammuu akka odeeffannoo (information ) salphaatti waliif hin daddabarsine godha
👉 Dhiphina sammuu
👉 Dandettin waa yaadachuu akka hir'atu godha
👉 Madaala ofii eeganii deemuu dadhabuu

⓸ Kalee irratti

⓹ Rajijii
👉 Alkooliin kulkula rajijiif nama saaxila,kunimmoo inzaayimoota rajijiin oomishaman irrattii dhiibbaa uumun dhibeewwan akka sukkaaraaf nama saaxila

⓺. Dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu gadi buusa

➆. Carraa kaansariin qabamuu dabala
👉 Alkooliin carraa kaansarii sammuu,qoonqoo,tiruu,mar'imaanii fi harmaan qabamuu daran dabala

⓼. Dabalatanis haphachuu lafa,dhukkuba garaachaa, rakkoo walquunnamtii saalaa, yeroo ulfaa miceree irratti rakkoo adda addaa uuma

🍷 Hammi dhugaatii fayyaalessi (Normal) akka CDC tti

🥂 Guyyaatti
👉 Dhiiraf dhugaata 2 fi isaa gadi
👉 Durbaaf dhugaataa 1 fi isaa gadi

Waa'ee FayyaaWaa'ee Fayyaa

Barumsa Fayyaa

22 Oct, 16:46


Commercial bank of Ethiopia 🇪🇹

🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩

Badhaasa qarshii 100,000 qopheessee wan jiruuf bakka START jedhu tuquun irrtti hirmaadhaa..

📥 @Mammee09

Barumsa Fayyaa

22 Oct, 16:28


➪𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐚
➪ 𝐖𝐡𝐚𝐭 𝐜𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥'𝐬 𝐝𝐨 𝐲𝐨𝐮 𝐰𝐚𝐧𝐭
➪ ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ

𝐒𝐩𝐨𝐧𝐬𝐨𝐫𝐞𝐝:👇
https://t.me/+wP6hPaejBl5mYTRk
https://t.me/+wP6hPaejBl5mYTRk

Barumsa Fayyaa

22 Oct, 15:26


Guyyaatti qarshii 10,000birr hanga 100,000birr hojjechu dandeessu

Bakka START jedhu tuquun start gochun hojjedhaa

Barumsa Fayyaa

22 Oct, 14:19


Commercial bank of Ethiopia 🇪🇹

🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩

Badhaasa qarshii 100,000 qopheessee wan jiruuf bakka START jedhu tuquun irrtti hirmaadhaa..

📥 @Mammee09

Barumsa Fayyaa

22 Oct, 13:45


Channel guddicha waa'e cryptocurrency wajjin wal qabatan kan yeroon dafee isin bira gahu EYOB TECH keessaa kan hin jirre dafaati itti makamaa

Tajajilli keenya :-

🥇Airdrop amanamaa tahe hordoftootasa biran gahuu

🥈Odeeffannoo wayitawwa ta'an hordoftootasa biran gahuu

🥉Free internet jiru isinif kan maxxansu


WALII GALATTI WAA'E TECH KAN BARSIISUDHA

Ammuma bakka START NOW jedhu tuquun itti makamaa !!!

Barumsa Fayyaa

22 Oct, 11:01


TALAALLII HEPAATAAYITAS B / Dhukkuba shimbirroo
************
Hepaataayitas B(Dhukkuba shimbirroo) dhukkuba haalaan namarraa namatti daddarbuudha. Haalli tatamsa'ina isaa kan HIV tiin wal bira qabnee yoo ilaallu kan hepaataayitas B tu irra hamaadha.

Dhangala'aa ( hancufa, dhiiga, dhangala'aa qaama saalaa dubartii fi mi'oo) nama dhibee kanaan qabameetiin wal tuttuquudhaan namarra namatti daddarba. Kana malees yeroo da'umsaa haadharraa gara ilmootti ni dabra. Dhukkubni kun yoo tallaalamne guutumaa guututti kan ofirraa dhoorkuu dandeenyuudha.
* Tallaallii hepaataayitas b guutumatti fudhatte taanaan umrii kee guutuu dhukkuba kanaan hin qabamtu. Talaalliin kun kaansarii tiruu kan hepaataayitas b dhaan dhufu illee ittisuuf fayyaddi.
--------
--------
Eenyuutu tallaalamuu qaba?
---------------------------------------------
Daa'imman hunda
Nama yeroo hedduu dhiiga namaa fudhatu
Maatii keeysaa namni dhukkuba kana qabu yoo jiraate
Daa'ima haadha dhibee kana qabdu irraa dhalate
Ogeeyyii fayyaa hunda
nama dhukkuba sukkaraa qabu
Nama dhukkuba kanarraa of eeguu barbaadu hunda

Walumaa galatti dhibeen kun naannawa keenya(harargee) kanatti haalaan beekamaa ta'eedha. Kanaafuu carraa argattanitti fayyadamtanii of tallaalchisuun baayyee bareedaadhaa!

"Dhukkubsatanii dawaa barbaaduurra , dursanii of eeguutu wayya"
Fayyaa hin dhabinaa