Gita Hojii Banaa Armaan Gadii irratti dorgomsiisee qacaruu barbaada.
1-Gaazexeessummaa
-Baay`ina –Lama(2)
-Saala – Adda hin Baasu
-Muuxannoo - 0
-Miindaa - Iskeelii Dhaabbatichaan
-Gosa Barnootaa-Journalism and Communication, Afaan, SaayinsiiHawaasaa fi Gosa Barnootaa dameewwan kanneen waliin walitti hidhata qaban Dhaabbilee Barnoota Olaanoo irraa Digirii Jalqabaan kan eebbifame/ebbifamte.
Guyyaa Galmee;27/01/17-30/02/17.
Bakki Galmee :- Magaalaa Finfinnee Nannoo Baambis jedhamuun beekamu,Gamoo LeadStar,Darbii 2ffaa Waajjira Tv. Mo’aa