KMN Kush Media Network @kushmedianetworkkmn Channel on Telegram

KMN Kush Media Network

@kushmedianetworkkmn


Kush media network official channel

KMN Kush Media Network (English)

Welcome to the official channel of KMN Kush Media Network! KMN Kush Media Network is a growing platform that offers a wide range of media content for its audience. From entertaining videos to informative articles, KMN Kush Media Network covers various topics and interests to cater to a diverse audience. Who is KMN Kush Media Network? KMN Kush Media Network is a team of creative individuals who are passionate about media and content creation. With a focus on quality and creativity, the team behind KMN Kush Media Network strives to deliver engaging and unique content to its viewers. What is KMN Kush Media Network? KMN Kush Media Network is a channel dedicated to sharing original and exciting content with its audience. Whether you are looking for the latest news, entertainment, or inspiration, KMN Kush Media Network has something for everyone. By joining the KMN Kush Media Network channel, you will have access to exclusive content, behind-the-scenes footage, and updates on upcoming projects. Stay connected with us and be part of our growing community of media enthusiasts. Don't miss out on the latest updates and exclusive content from KMN Kush Media Network. Join our channel today and be part of a dynamic and engaging media network. We look forward to sharing our passion for media with you!

KMN Kush Media Network

16 Feb, 00:41


The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 8 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.

KMN Kush Media Network

06 Feb, 15:13


The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 17 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.

KMN Kush Media Network

03 Aug, 13:53


Kabajamtoota Maamiloota Keenya Warreen Hanga ammaa telebirr banachuun isin rakkise, Banachuu Kan Feetan @telebirroffical1 irratti akka nu quunnamtan kabajaan isin gaafanna.
.Ethiotelecom @telebirroffical1

KMN Kush Media Network

13 Jun, 06:02


FAAYIDAA LOOZII ykn LAWUZII
______[dr heeraan]
➸ Walqunnamtii saalaa keessatti sanyiin kormaa ykn miiyoon akka baayyatuuf ni fayyada.

➸ Dawaa dhukkuba kaleeti. Keessattuu, nama kaleen isaa xiqqaate ykn suntuuref faayidaa guddaa qaba.

➸ Qaama namaaf dhiiga bareedaa ykn qulqulluu maddisiisa. Akkasumas furdina qaamaaf ni fayyada
[dr heeraan]
➸ Gubaa fincaanii ni qabbaneessa.

➸ Nama tiruu dhukkubsatuuf ni fayyada.

➸ Namni sodaatu akka hin sodaanneef ni gargaara ykn ni onnachiisa.

➸ Mataa dhukkubii nutti wayyeessa

➸ Dhukkuba utaalloo nurraa balleessuuf ni fayyada.

➸ Dubartiidhaaf aannaan harmaa akka baayyinaan ba'u taasisa.

➸ Raammoo garaa ni dhabamsiisa.

➸ Dhukkuba kaanserii fi golfaa nama irraa ittisa.

➸ Agartuu fi qaroo ija keenyaaf ni fayyada.
[dr heeraan]
➸ Sammuu namaa jabeessuuf ni fayyada.

➸ Dhukkuba qorraa nurraa ittisa.

➸ Fayyuummaa Gadaamessaaf ni fayyada.

➸ Dhiigni qaama keessaa bifa gaariin akka dalaguuf ni gargaara.

➸ Dhukkuba dugdaaf dawaadha.
@drheeraan

KMN Kush Media Network

05 May, 06:37


Akkaataa Habtamuu Lamuu Itti Rifeensa Deebifate Beektuu? ---------- @drheeraan
Malli Kun Hair Transplant Jedhama Kana Jechuun Rifeensa Bakkaa Tokkoo Gara Bakka Biraatti Jijjiiruu Jedhama, Kunis Akkamitti Raawwata Jechuu Dandeessu Hair Transplant kun Kan Raawwatu Rifeensa Naannoo Biraarra Jiru Gogaa Bayyee Xiqqoo Taate Waliin Meeshaa Fayyadamuun Buqqaafama, Tokkoo Tokkoon Buqqifamee Sun Rifeensa 3-4 of irraa Qabdi Erga Buqqifamee Booda Bakka Rifeensi Haphate Ykn Moluu Tahe Sanatti Dhaabama, Yeroo Dhaabamu Bakka Dur Rifeensi itti Biqilaa Ture Sanarra Dhaabama, Ergasii Booda Kan Dur Bade Waliin Wal Qabata Kunis Ji'a Ja'a (6) Booda Jijjiirama Agarsiisa. Bakki Rifeensi fi Gogaan Irraa Buqqa'e Sun Ammoo stitches Waan Jedhamuun Duuchama
Dhukkubbiin Itti Hin Dhaga'amuu? Jechuu Dandeessu Dhugaadha Yeroo Rifeensi sana Dhaabuuf Jedhan Qaama Isaa ni Uru Garuu Qorichi Akka Dhukkubbiin Itti Hin Dhaga'amne Godhu local anesthesia Jalqaba Ni Laatamaaf Ergasii Boodallee Ykn Erga Itti Dhaabaniif Booddee Qorichi post-operative pain Ni Laatamaaf Kunis Erga Xumuree Dhukkubbiin Akka Itti Hin Dhaga'amne Godha. Mala Kanaan Rifeensi Ni Dhaabama Biyya Keenya Keessallee Malli Kun Seeneera Hospitaalonni Gurguddoon Tajaajila Kana Jalqabaa Jiru, -------
Share Gochuun Beekumsa Kana Hiriyoota Keessaniif Qoodaa.
Channel Kiyya @drheeraan subscribe fi follow gochuu hin dagatinaa.

KMN Kush Media Network

04 May, 19:20


WALQUUNNAMTII SAALAA IRRAATTI SHAMARREE TOKKO GAMMACHISUUF WAANTOTA BEEKUU QABDU
------------- @drheeraan
1.Osoo Wal-qunnamtii saalaa Hin Jalqabin Dura Miira Walii Hoo'isuu Ykn Miira Keessa Ishee Seensisuu Fkn Qaamota Miira Ishee Itti Kakaasuu Danda'aan Kanneen Akka Harmaa, Mormaa, Luka Fi KKF Suuta Jechuun Sukkuumuu
2. Yeroo Walqunnamtii Saalaa Raawwatan Sana Position (Akkaataa walquunnamtii saalaa itti raawwatan) Kan Ishee Hin Cannaqinee Fi Bayyee Isheef Mijatu Fayyadamuu Akkasumas Akkaata Kana Dura Raawwatanii Hin Beeknetti Raawwachuu
3. Yeroo Walquunnamtii Saalaa Raawwatan Qaamni Ishee Dhukkubaa Jirachuu Fi Dhiisuu Adda Baafachuun Yoo Ni Dhukkuba Tahee Dhaabuu Qabdu Yoo Ittuma Fufuun Kan Raawwatan Tahee Keessi Qaama Ishee Ni Miidhama Hanga Gadameessattillee Miidhamuu Ni Danda'a
4.Yeroo Walquunnamtii Saalaa Qaama Ishee Sukkuumuu Kunis Bakkoota Herogenous Zone Tahan [Bakkota Fedhiin Ishee Irratti Argaman] Tuttuquufii fi kkf

KMN Kush Media Network

04 May, 19:10


Amaloota Yeroo Durbi Tokko Dhiira Jaallattu Agarsiiftu.(psychological)
------------------
1. Yeroo Haasoftu, Kolfitu, Taphattuu Fi Teessu Ija Hattee Hattee Si Ilaalti Taanaan
2. Si Fuulduratti Dhiiraa Wajjin Taphachuu Fi Hasa'uu Baayyifti Taanaan
3. Yeroo Hiriyoota Ishee Waliin Teessu Waa'ee Kee Hammaa Hamma Haasofti Taanaan
4. Lafa Ati Jirtutti Dhiyoo Taahuu Jaallatti Taanaan.
5. Gaafa Sitti Haasoftu Harkishee Fi Qaamni Ishee Ni Hollata Yoo Tahee.
6. Gaafa Si Bira Dabartu Yookin Deemtu Deemsa Jijjiirti Yookan Deemsatu Harkaa Bada Taanaan
7. Yeroo Ati Shamarree Biroo Waliin Haasoftu Ni aarti Taanaan
------------------
Kana Caalaa Maal Eegdare Intalli Si Jaallatteetti Obbole.
Yoo sitti tolee #share godhi.
Channel Kiyya @drheeraan subscribe fi follow gochuu hin dagatinaa.
Beekumsa Waliigalaa irraa

KMN Kush Media Network

02 May, 04:28


Loomii Fayyadamuun Finniisa Fuulaa Fi Qaama Keessan Irraa Baleessaa
----------Dr Heeraan ------- @drheeraan
Akkaataa itti Fayyadama Isaa Jalqaba Loomii Baqaqsuun Cuunfaa Isaa Meeshaatti Naqi Ergasii Cuunfaa Loomii Sana Keessa Jirbii Buusi itti aansuun Bakka Finnisni Itti Bahe Sanatti Dibi Daqiiqaa 6-8 Booda Irraa Dhiqi ykn Miicci GUYYAATTII SI'A LAMA TORBAN MURAASAAF IRRA DEDDEEBITEE DIBATTA YEROO MURAASA KEESSATTI QAAMA KEE IRRAA BADA. @drheeraan
--------
Share Gochuun Hiriyoota Keessaniif Qoodaa
Telegram channel kiyya Follow Join Gochuu Hin Dagatinaa @drheeraan

KMN Kush Media Network

29 Apr, 04:52


Mala Shunkurtaa Fayyadamuun Rifeensa Moluu Magarsiisuu fi Gurracheessuuf isin Gargaaru
--------------🩺
.🔊 Akkaataa itti Qopheessitan
: Jalqaba Qola Shunkurtaa Sana Irraa sooftu ykn Quncistu Itti aansuun Albee ykn Haaduu Fayyadamuun murmurtu ykn Kukkuttu Ergasiin Booda Hanga Inni Xixiqqaatutti Meeshaa Fayyadamuun kukkuttu Ergasii Cuunfaa Isaa Ykn Dhangala'aa isaa keessaa Cuunfitu Ergasii booda Meeshatti Naqxanii Keewwaattu.
🔊 Akkaata Itti Fayyadamaa isaa : Torbanitti Guyyaa 2
Rifeensa Keessan bakka Haphate Ykn Moluu tahe Sanatti Dibdu Hanga inni irratti Goggogutti Eegdu Sana Booda Daqiiqaa 20 booda Shampoo ykn saamunaa Dhaqnaa Fayyadamuun ofirraa Miiccitu/dhiqxu Yeroo Gabaabaa Keessatti Rifeensa Keessan irratti Jijjiirama Argitu
---------
Cuunfaan Shunkurtaa kun salfarii olaanaa Of keessaa Qaba Saalfariin kun Jabinaa rifeensaaf Ni gargaaraa akkasumaas tishuuwwan Gara kutaa Rifeensaan wal qabatan akka dagaaganiifi rifeensa Naannoo sanaa akka deebisanii magarsaniif gargaara
--- @drheeraan Follow godhaa

KMN Kush Media Network

11 Apr, 07:40


karaa Umamaatiin Ilkaan Kee Addeeffachuuf
---------[ @drheeraan ] ---------
kan si barbaachisu ; Jijinbila, ashaboo fi loomii
Itti Fayyadamaa isaa ;
Jijinbila Albee ykn aaduu fayyadamtee qola isaa irraa soofta itti aansuun jijinbilicha kukkuttee xixiqqeesita ergasiin booda bishaan fallaana 3 itti naqxa itti aansee ashaboo faallaana 1/4 ykn ruubii fallaanaa itti dabalta itti aansuun loomii baqaqsitee bishaan isaa fallaana 2 itti dabalta dhumarratti sirriitti waliin makta ergasiin booda rigduu ilkaanii /toothbrush fayyadamuun ilkaan kee ittiin rigatta.
malli kun salphaadha warreen ilkaan keessan xurii godhate bifa kanaan ofirraa baastanii addeessuu dandeessu
----------- @drheeraan
share fi follow gochuu hin dagatinaa

KMN Kush Media Network

27 Mar, 13:34


https://youtu.be/l_SZni7ohLg

KMN Kush Media Network

27 Mar, 11:43


Faayidaalee Qullubbii adii
========!!!!!==========
1. Dhibee biroonkaayitii cimaa ni fayyisa
2. Dhibee asmiif
3. Dhibee gogaa qaama keenyaaf
4. Dhibee mar'ummaan keenyaaf
5. Dhibee dhiitoo fi dhullaaf
6. Dhibee kintaarootiif
7. Dhibee buusaa qaamaaf
8. Madaa ni qoorsa
9. Dhabiinsa hirribaa ni hir'isa
10. Qaamni keenya dhibee akka dandamatuuf
11. Miira dhukkubbii ilkaanii ni hir'isa
12. Dhibee shukkaaraa ni salphisa
13. Fedhiin nyaata keenyaa akka banamuuf ni gargaara
14. Itita dhiigaa ni hambisa
15. Dafanii dulloomuu ni hir'isa
16. Raammoo garaa keessaaf ni fayyada
17. Qufaa daa'immanii adda hin citne ni fayyisa
18. Nyaatni akka daakamu taasisa
19. Babal'ina Kaanserii Piroostireetii ni dhorka
20. Kaanserii harmaa fi buubbuu (anus) ni dhowwa
21. Kaanserii hadhooftuu ni dhorka
22. Tatamsa'ina kaanserii kooleenii jedhamu ni dhowwa
23. Seelii (Metabolism) ni dadammaqsa
24. Madaa malaa makate ni fayyisa
25. Dhibee sombaa(TB) ni yaala
-----
Galatoomaa
Share Follow @drheeraan

KMN Kush Media Network

27 Mar, 05:57


FAAYIDAA MOSEE(DINNICHAA)
=========£££££===========
1. Dhiigni keenya qixa sirriin akka naanna'uuf
2. Mallattoolee dullumaa fuula keenyarratti mul'atan ni xiqqeessa
3. Kaanserii dhorkuuf
4. Hirriba ga'aa argachuuf
5. Ashaboo fi cooma irraa bilisa waan ta'eef dhiibbaa dhiigaaf ni tola.
6. Namoota dhukkuba shukkaaraan hubamaniif ni tola.
7. Jabina lafee keenyaaf
8. Hanga #cholesterol qaama keenya keessaa ni xiqqeessa
9. Kaaloorii cimaa hangaan >110 ta'e of keessaa qaba
10. Vitamin B6 olaanaa of keessaa qaba.
Galatoomaa!
Fayyaan keessan hin goolamiin!
@drheeraan follow gochuu hin dagatinaa
Share godhaa

KMN Kush Media Network

26 Mar, 05:30


Faayidaa Burtukaanaa
========!!!!!!========
@drheeraan
1. Kalee keenya irratti uumamuu dhagaa ni ittisa.
2. Hangi dhiiga diimaa qaama keenya keessaa akka dabalu ni taasisa.
3. Dhiibbaa dhiigaa keenya gadi buusa.
4. Fayyaa seelii qaama keenyaaf.
5. Utaalloo irraa dafnee fooyya'uuf
6. Dhiphachuu sammuu illee ni fooyyessa.
7. Soorata vitamin C'n badhaadhe dha.
8. Jajjabina lafee fi ilkaan keenyaaf ni gargaara.
9. Daakamuu soorataaf illee ni gargaara.
10. Dhibee onneef
11. Kaanserii nurraa ittisa.
12. Hamma #kolestroolii qaama keenya keessaa ni xiqqeessa.
13. Qolli isaa immoo gogaa qaama keenyaaf gaarii dha.
14. Madaa garaa keenya keessaaf.
15. Shukkaara dhiiga keenya keessaa ni to'ata.
16. #Caba_lafee nurraa ittisa.
..... @drheeraan
Share waliif godhaa.

KMN Kush Media Network

25 Mar, 15:08


Odeeffannoo Fayyaa Guyyaa Guyyaan Argachuuf
Fuula telegram kiyya join subscribe gochuun maatii kiyya taha.
@drheeraan

KMN Kush Media Network

04 Mar, 16:22


https://youtu.be/6kOowQL57yw