Abu Saalih 🔊 @abuu_salih Channel on Telegram

Abu Saalih 🔊

@abuu_salih


Abu Saalih 🔊 (English)

Are you looking for an engaging and informative Telegram channel to join? Look no further than Abu Saalih 🔊! This channel, managed by the user @abuu_salih, is dedicated to sharing valuable content on a wide range of topics. From motivational quotes to educational videos, Abu Saalih covers it all. Who is Abu Saalih? Well, he is a passionate individual who is committed to spreading positivity and knowledge through his channel. With a strong focus on personal development and self-improvement, Abu Saalih aims to inspire and uplift his subscribers on a daily basis. What can you expect from this channel? Abu Saalih regularly posts insightful articles, thought-provoking quotes, and inspiring stories that will motivate you to strive for success in all areas of your life. Whether you are looking for practical tips on how to achieve your goals or simply need a dose of encouragement, Abu Saalih has got you covered. Join Abu Saalih now and embark on a journey of growth and enlightenment. Don't miss out on the opportunity to be a part of this thriving community of like-minded individuals who are dedicated to becoming the best version of themselves. Subscribe to Abu Saalih today and start your transformational journey towards a more fulfilling and purposeful life! 🔊

Abu Saalih 🔊

06 Jan, 17:03


Of eeguun/tiiysuun waldhaansarra caalaa !

@Dr_AbduljaliilRube

Abu Saalih 🔊

03 Jan, 17:41


Assalamualaykum warahmatullaahi wabarakaatu

Chanala darsiiwwan garagaraafi sagantaawwaan babbareedo irraa argattan qabannee isinii dhufnee jirraa. JOIN godhaa irraa fayyadamaa ↘️

Abu Saalih 🔊

02 Jan, 18:00


Mahaarima ( Warroota fuudhuun isaanii haraamaa.... )

@Dr_AbduljaliilRube

Abu Saalih 🔊

29 Dec, 05:53


💤 Osoo Hin Rafin Dura Waan Armaan Gadii Kana Dalagi !!! ;-

~ Wadda'adhu...
~ Salaata Witrii salaati..
~ Aayatul Khursiyyii Qara'i.....
~ Zikriiwwan Hirribaa gungumi.....
~ Suuratul Mulki qara'i ....
~ Namaaf (Rakkoo irra) dabriif...
~ Toowbaa hin dagatin..Du'utu malaa...
~ Salaata Subhiitiif Alarmii hin dagatin...

Abu Saalih 🔊

25 Dec, 02:57


https://youtu.be/OZ-kj6GLGHc?si=ftCyodfqsJgOvcNo

Abu Saalih 🔊

22 Dec, 18:08


Chanala Buluugaa qofaaf qophaa'e!
JOIN godhaa irraa fayyadama! ⤵️⤵️
https://t.me/Buluugul_maram

Abu Saalih 🔊

19 Dec, 03:11


Fe'achuun kee duratti,
Maal dalagattee maal durfattee maal keennattee??
‏قبل الرحيل …
ماذا صنعت وماذا قدمت وماذا اعطيت …

Fe'achuun kee duratti,
Ati akkam jirtaa kan si moggaa jiru hoo
قبل الرحيل …
كيف أنت وكيف من حولك …
Fe'achuun kee duratti,
Faana gaarii dhiiftee?
قبل الرحيل …
أترك الأثر الجميل …
Fe'achuun kee duratti,
Fe'achuun ni yaadattaa?
قبل الرحيل …
تذكر الرحيل ………..

Fe'achuun keetiin duratti,
Wanti kamuu mijataa dhaa.
قبل الرحيل ….
كل شيئًا ممكن ….
Wanni isa booda jiruu ammoo dhume
وما بعده انتهى …


@Abuu_Salih

Abu Saalih 🔊

18 Dec, 04:26


Seenaa barnoota of keessa qabdu

🔊 Dr Abduljaliil Rube

Abu Saalih 🔊

13 Dec, 18:53


Jiruu yeroo Network duraafi booda... Akka keetitti kamtu wayya silaa 🤔🤔

Abu Saalih 🔊

13 Dec, 05:09


Nabiin keenya ﷺ mul'atinsi isaanii ifaa caalee.
Yaa nama gammachuu isaanirratti salawaata buusee.❤️❤️

اللهم صلي وسلم علي نبينا محمد
اللهم صلي وسلم علي نبينا محمد
اللهم صلي وسلم علي نبينا محمد....

Abu Saalih 🔊

03 Dec, 03:48


📢 Barattoota haaraaf seensi banaadha!   📢

  🌟 Dandeettii daa'ima keessanii MARKAZ BASAA'IR ATTA'LIIMII irratti banaa!   🌟
  📚 Barnoota qulqullina qabu   🎨 Sochiiwwan waliin barnootaa |   🏅 Gahumsa waliigalaa

  Maaliif filanne?

* Barsiisota of kennanii fi muuxannoo gahaa qaban

* Meeshaalee ammayyaa fi naannoo barnootaa nageenya amansiisaa qabu

*  Dorgommii fi Badhaasa adda addaa barattootaaf qopheessuu

*  Gahumsa barnootaa fi dandeettii hifzii irratti xiyyeeffachuu


  🎓 Amma [2017/03/18] Galmaa'aa!
Galmaa'uuf liinkii asii gadiitiin seenaa!
[https://forms.gle/oCrXG3piYmizqh5V7]

  Bakki daangeffame jira -Isin  hin darbin!

  📅 Galmeen Kan Cufamu: Bakki yeroo Guute

  📍 [Teessoo : Adaamaa Ganda Hangaatuu Masjida Arrawh Warreyhaan.] irratti nu daawwadhaa.
Odeeffannoo Dabalataaf
  📞 Bilbila: [+251 92 877 7700]

  MARKAZ BASAA'IR ATTA'LIIMII - Bakka Olaantummaa Gahumsa Keessanii Ittiin Milkeeffattan!

Abu Saalih 🔊

19 Nov, 15:53


Kolleejjin Imaamu Shaafi'ii Barattoota Haara simatee barsiisuudhaf beeksisaa baase jira. Warrootni Ulaagaa guuttan carran miidhagaan kun akka isin dabarre! Itti fayyadama. Akkasuma waliifis share godha.

Ulagaalee barbaachisoo Suuraa irra ilaala.
Galmaayudhaf: https://forms.gle/Lws7Ejq33NSowARd7

Abu Saalih 🔊

15 Nov, 16:14


" إرتفع كَما شِئت "

Abu Saalih 🔊

14 Nov, 15:20


https://youtu.be/KYFm0q0aReM?si=zNGJRl_0ly_wlt9N

Abu Saalih 🔊

08 Nov, 16:07



قالَ الشَّهيدُ عبد اللّٰهِ عزَّام -رحِمَهُ اللّٰه-:

«لا يأخُذ اللّٰهُ شهيدًا مِن إخوانِنا، أو تختطِفُ يدُ المنونِ ابنًا مِن فَلَذات أكبادِنا، مِمَّن يُشارِكونا هذا الطَّرِيق إلَّا وأبكِي غالِبًا على نفسِي؛ لأنَّ هؤلاء سَبَقُوا، وهذا دلِيلٌ على أنَّنا لم نصلُحْ للشَّهادةِ بعد؛ فاختارَ اللّٰهُ هؤلاء!»

ولهُ:
«إنَّ الذينَ يظُنُّون أنَّ دينَ اللّٰهِ يُمكِن أنْ ينتصِرَ بدُون جِهادٍ وقِتالٍ ودِماءٍ وأشلاءٍ، هؤلاء واهِمُون لا يُدرِكونَ طبيعةَ هذا الدِّين، إنَّ حياةَ الجِهادِ ألَذُّ حيَاة، ومُكابدةَ الصَّبرِ على الشَّظَفِ أجمَلُ منَ التَّقلُّبِ بينَ أعطافِ النَّعِيم، وجوانِب التَّرَف..

والقرارُ الأخِير: مُواصلةُ الجِهادِ مهما طالَ الطَّرِيق حتَّى آخِر نفَسٍ يجرِي، وآخِر عِرقٍ ينبضُ، أو نرَى دولةَ الإسلامِ قائِمةً!»

Abu Saalih 🔊

05 Nov, 03:15


Dalagaalee keessa gama Allaahatti irra jaalatamaa ta'ee maal inni?



عن عبد الله بن مسعود رضي الله عنه قال: (سَأَلتُ النبِيَّ صلى الله عليه وسلم : أَيُّ العَمَلِ أَحَبُّ إلى الله؟ قال: الصَّلاَةُ عَلَى وَقتِهَا. قلت: ثم أَيُّ؟ قال: بِرُّ الوَالِدَينِ. قلت: ثم أَيُّ؟ قال: الجِهَادُ في سَبِيلِ الله. قال: حَدَّثَنِي بِهِنَّ رسول الله صلى الله عليه وسلم ولو اسْتَزَدْتُهُ لَزَادَنِي). متفق عليه

Abdallah ibnu Mas'uud irraa odeeffamee ni jedhe (Ergamaa rabbiiﷺ ni gaafadhe : dalagaalee keessa gama Allaahatti irra jaalatama ta'e mal inni? Salaata yeroo isii irratti argamsiisuudha : ergasi hoo maal inni? Haqa haadhaafi abbaa dha : ergasi hoo maal inni? Karaa rabbii keessatti duuluudha.) Abdallan ni jedhe Ergamaa rabbii ﷺ osoo itti dabalee gaafadhe itti dabalanii naaf himani ture. Jedhe



    SHARE SHARE
@Abuu_Salih
@Abuu_Salih

Abu Saalih 🔊

24 Oct, 17:42


#⃣ Sadarkaa guyyaa jum'aa. dhageeffadha ergaa ajaaiba.
.
🔉 Sheikh Jeylaan Aadam
.
.
..........

🍂🌿Suunnaawwan guyyaa jum'aa

👉 Dhiqachuu,
👉 Siwaaka/rigaa fayyadamu,
👉 Uffata bareedaa uffachuu,
👉 Shittoo dibachuu (dhiira qofaaf),
👉 Ganamfachuu,
👉 Suuraa kahf qaraa'uu,
👉 Rasuul irratti salawaata heddummeessu ﷺ,
👉 Du'aaii heddummeessu,

Warra dhagahee irraa fayyadamu nu haa taasisuu! Amiiin.
.
.
Jum'aa gaarii !!
.
......
SHARE SHARE
https://t.me/Abuu_Salih
https://t.me/Abuu_Salih
🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿

Abu Saalih 🔊

24 Oct, 17:35


🥰

Abu Saalih 🔊

03 Oct, 04:10


-
Yeroo qalbiin tee gara dunyaatti baqattu fi yaada dunyaa jala lixxu hundaa arifadhu isi deebisi gara qura'aana.

Abu Saalih 🔊

03 Oct, 04:07


🥰

Abu Saalih 🔊

02 Oct, 11:47


🌿 Waan 5 yoo qabaatte qur'aana guututti haffazdee qooma keetitti ni qabatta!

Isaan sunniin ammoo kanneen armaan gadiiti :

1,Iklaasa (Rabbiif jecha dalagaa kee qulqulleessuu). Qur'aana yeroo haffazdu rabbiif jechaa haffazii!

2, Du'aayii godhadhu!

3, Abdii hin kutiin !

4, Obsa qabaadhu !

5, Yeroo kee keennif !


🌿🌿🌿🌿⤵️
    SHARE SHARE
@Abuu_Salih
@Abuu_Salih

Abu Saalih 🔊

28 Sep, 18:56


Channel photo updated

Abu Saalih 🔊

28 Sep, 18:52


Channel name was changed to «Abu Saalih 🔊»

Abu Saalih 🔊

15 Sep, 18:29


jalqabbi halaqaa barattootaa
bara 2017
بداية الحلقات للعام الدراسي الجديد 2017

Abu Saalih 🔊

15 Sep, 18:29


Giddu-galli barnootaa Basaa'ir Atta'liimii bara barnootaa haaraa guyyaa Dilbata 1/4/2017 barsiisuu eegaleera.

Abu Saalih 🔊

21 Aug, 18:49


Rahmata Rabbii irraa abdii hin muratinaa.


قُلْ يَٰعِبَادِىَ ٱلَّذِينَ أَسْرَفُوا۟ عَلَىٰٓ أَنفُسِهِمْ لَا تَقْنَطُوا۟ مِن رَّحْمَةِ ٱللَّهِ ۚ إِنَّ ٱللَّهَ يَغْفِرُ ٱلذُّنُوبَ جَمِيعًا ۚ إِنَّهُۥ هُوَ ٱلْغَفُورُ ٱلرَّحِيمُ

“(Yaa Muhammad!) jedhi: “Yaa gabroota kiyya kan lubbuu isaanii irratti daangaa dabartan! Rahmata Rabbii irraa abdii hin muratinaa. Dhugumatti Rabbiin balleessa hundaa ni araarama. Inni araaramaa, rahmata godhaadha.”
(Quraana, Suurat Azzumar: 53)

Abu Saalih 🔊

29 Jun, 18:55


t.me/Utubdu_Media

Abu Saalih 🔊

05 Apr, 15:06


Ramadaan ...

Argamuun kee akkam nama gammachiisaa. Ammallee akkam daddaftaa(saffistaa)... 🥺💔

Yaa Rabbi araaramaa keetiinifi jaalala keetiin warroota irraa qeebaltee wajjiin nu taasisii ...