Garbii Bultoo @abbaadaabee Channel on Telegram

Garbii Bultoo

@abbaadaabee


WBO Kibbaa

WBO Kibbaa (Amharic)

ዋና የምትሆን የተሸክማላችሁ ጥያቄዎች ላይ የተከታታተ ሰውነት እና እናት ለመዳረግ የበለጠን የውይይት ድል በትክክል ነው የባለንቲ ካንንሂሳችን ድልድነት እና ጥቅም ይመዝገቡ። ዋና በአቡበን የሚሆኑ WBO Kibbaa እንዴት እንደሚጠቀማችሁ እነሳሳ እንደ ሚከተለው የተሸክማላችሁ ቱሪ ላይ ካንንሂሳችንን ማስረጃ እና መንገዳዊ ዳታ ስናወራው በርክቶ እናስላችሁ። ይህ ቱሪ ነገር አለን በርክበ ስልክ ዝንብል ቢስ ሌቪ ስራ ስኳርሚቱዕ ከመደንገጩ ቻር ጋር ብላገለ።

Garbii Bultoo

08 Jan, 13:47


Ayii Carraa Oromoo baayyee nama gaddisiisa dhufaa darbaan dhiitamaa fi ajjeefamaa jiraata.

Garbii Bultoo

06 Jan, 06:06


#Dubbiin_ jabduu

Kirkira lafaa qofa osoo hin taane gibirii mootummas lafa chochoossaa jira!

Garbii Bultoo

05 Jan, 14:54


Ethiopia has experienced a magnitude-5.8 earthquake near Abomsa and Amhara in the Afra region, near Finfinne. The epicenter is at a depth of 10 kilometers, and researchers predict larger tremors. Thousands of residents have been evacuated and moved to temporary shelters. Mount Dofan Volcano in the Afar region has started erupting, and large cracks in the ground have appeared. DW Africa

Garbii Bultoo

05 Jan, 10:02


Boorana Dirree ❤️🙏

Garbii Bultoo

04 Jan, 18:02


Sirnii Gadaa sirna diimookiraasii akka addunyaatuu kan calqabaa ta'uu firriis diinniis ragaa bahaa jira.

Garbii Bultoo

04 Jan, 17:56


Impawyeera Itoophiyaa kan cubbuun guutamtee keessattii naannoo Afraa, Finfinnee cinaa magaalaa Abboomsaafi Amaaraa keessatti kirkira lafaa magnitude-5.8 mudatee jirti. Epicenterichi gadi fageenya kiiloomeetira 10 irratti argama, qorattoonni immoo sodaa guddaa tilmaamu. Jiraattonni kumaatamatti lakkaa’aman buqqifamanii faffaca’aniiru. Volkaanoon gaara Dofan naa…

Garbii Bultoo

04 Jan, 07:21


Naannoo Affaaritti sochii lafaafi volkaanoon dhoohuun balaa gudda geessisaa Jira.

Garbii Bultoo

24 Dec, 15:22


Facebook Jaal Dhugaa barbaachan jooraa waan uggurameef Kanaan add follow tolchaa
👇👇https://www.facebook.com/profile.php?id=61570524253286&mibextid=ZbWKwL

Garbii Bultoo

24 Dec, 09:21


Sammuun PP haganuma yaaddii Kan harka rukkuttuwoo Acabcaabii😂😁

Garbii Bultoo

21 Dec, 16:36


PP jechuun maanguddoo Oromoof kabaja hinqabduu. Kaan Ni ajjeestii Kaan itti roorriistii Kaan Ni hiitii kanaaf Sirna abbaa hirree kaasuu fi Oromiyaa walaboomsuun dirqama Kan jennu.

Kibba baha oromiyaa baalee dirree sheekanaa huseenitti milishaan pp haadha oromoo akka Video armaan gadii kana tolchaa jirti.

Garbii Bultoo

21 Dec, 11:18


Deegartoota fi hundessitoota Faandoo

Garbii Bultoo

20 Dec, 06:00


Warra akkanaatu biyya bulchaa jira jettukaa Amma?

Garbii Bultoo

19 Dec, 09:13


Kan waraane dagatuus Kan waraaname hindagatu jedha Oromoon

Garbii Bultoo

03 Dec, 16:56


THE KNOWLEDGE

Socrates believed that true knowledge begins with admitting ignorance. He said, "I know that I know nothing." Through dialogue and questions, I believed we could get closer to the truth.

Plato:
Plato, pupil of Socrates, believed that knowledge comes from the world of ideas and ideals. In The Republic, he used the example of a cave to explain how the physical world is simply a shadow of the real world that can be accessed by philosophical reasoning.

Aristotle:
Aristotle, student of Plato, believed that knowledge came from sensory experience and observation. I believed the human mind could comprehend the world by compiling and analyzing data.

Descartes:
Descartes, the famous French philosopher, said the famous phrase: "I think, then I exist." I believed that thought and doubt were the basis of true knowledge. For him, reason is the basic tool for attaining knowledge.

Immanuel Kant:
Kant tried to balance reason and experience. I believed that knowledge arises from the mind's interaction with the physical world and that we have limits to what we can know. He said there are things the human mind cannot fully comprehend, which are “the thing itself.”

John Locke:
John Locke, the English philosopher, believed that the human mind generates a blank slate (flat tabula) and that knowledge comes from sensory experience and interaction with the outside world.

David Hume:
Hume doubted the possibility of achieving absolute and true knowledge. I believed that our knowledge is based on experience and habit, and that the mind cannot attain absolute certainty.

What do you think?
Whether you believe knowledge comes from reason or experience, understanding these viewpoints can open new horizons in your thinking.

Garbii Bultoo

02 Dec, 03:35


Dharraa Amaratti kutuuf jette PPn fannoo wal taate haala kanaan Uummata keenya Dararuutti jirti.!!!!
❤️💚❤️
😡
Ummatni Oromoo Salaalee Darraa maal keessa jira?

Oromoon golee biraa quba qabaa?

Caqasaa 😢

Garbii Bultoo

30 Nov, 15:42


#Salaalee
Aanalee #Warraa_jaarsoo
#Dharraa
#kuyyuu
#Yaayyaa_Gullallee
#Abootee
#Dagam
#Darraati
pp Meeshalee akka Rookeeti,madafii,zu-23 fi mortarii Darbacha jirti.Waaqti miidhan Gahee wanta tahef ibiddii qabachun miidhan  maasaa irraati Gubaa jira

OROMIYAAN BIYYA

Garbii Bultoo

28 Nov, 14:22


#Gumaan dhiigaa dhiiga ! Qorraatti qoraattumaan baasan !

#Amuruutti haadha ulfa qabduutti ibiddaan gubamee,ulfii dhoo'ee keessa bahe.

#Achumaatti mormii dhiiraa muramee akka alaabaa mukaatti hidhanii sirbaniin .

# Wallootti Ambulaansii keessa guuranii naasuu fi saalfii tokko malee billaan qalanii fixan.

#Salaaleetti akka horii "basmaam " "Gaallaa jedhanii qalan .bakki kun itti raawwatamu Goojjamii fi Goondar adoo hin taane Oromiyaadha.kan gochii badaan kun irraatti godhamu Oromoodha. gumaan dhiigaa dhiiga ! qoraatti isumaan baasan.kana gochuuf Laga Abbaayaa gama hin ceetu .kana malee falaa fi filannoo hin qabnu !

Garbii Bultoo

27 Nov, 19:00


Waan Oromoo ta'an qofaaf qalaman

Garbii Bultoo

27 Oct, 06:15


Waayee Finfinnee kitaaboota garaagaraa irraa sagaleedhan gaazexeessaan Habtaamuu Tasfaayee akkanaan qindeessee Jira kunoo haaguggubbattuu Nafxanyaan xiqqoo dhaggeeffadhaa.
በተለያየ ግዜ ፊንፊኔን/ሸገርን የሚመለከት ፅሁፍ በዚችው ፔጅ ላይ  ስናደርስ ስናደርስ ቆይተናል። ዛሬ ደግሞ የሰፋሪዎችን ነርቭ በሚነካ መልኩ ጋዜጠኛ ሀብታሙ ተስፋዬ በድምፅ 7 ማስረጃዎችን አባሪ አድርጎ አቅርቦላችኋል ኮምኩሙ ለሰገጤዎቹም አስደምጡት።

Garbii Bultoo

16 Oct, 15:02


Irreechi irree keenya ❤️💚❤️

Garbii Bultoo

14 Oct, 16:09


Godina Harargee Bahaa Aanaa Kombolchaa Magaalaa Malkaa Raafuu ganda Harootti Roobaa cimaa sa'aatii dheeraaf osoo wal irraa hincitin roobeen lafti sigigaatee lubbuun namaa darbuun dhagahame.

Kaleessaa galgala rooba sa'aatii gara afuriitiif walitti aansee roobeen maatii tokko keessaa nama 3 lubbuun darbuu ibsame.

Ijoolleen lubbuun isaanii dabarte osoo isaan quba hin qabne bakkuma isaan rafanitti manni sigigaateenii lubbuun isaanii darbuu jiraattonni himan.

Rooba kaleessa galgala aanaa Kombolchaa ganda Haroo jedhamu keessatti roobaa tureen lolaan hamaan manneen jiraattota buqqisee fuudhee deemaa turuus namoonni ijaan argan himanii jiru.

Tibba kana roobni akka malee waan hammaataa jiruuf hawaasni hanga danda'ametti of eeggannoo akka taasisu qabu dhaamame.

Garbii Bultoo

14 Oct, 04:34


Nuuf Guddadhaa 😍😍

Garbii Bultoo

14 Oct, 04:33


#Oduu_Gaddaa
#Arsii aanaa Roobeetti Waraanni bilxiginnaa qeerroo nama torba (7) mana keessaa baasuun Reenjeerii itti uffisanii sobumaan shaneedha jedhanii qeerroo Oromoo haala suukkaneessan ajjeesan💔

Garbii Bultoo

13 Oct, 17:37


#Gadi_dhiifamee_jira
https://youtu.be/o_nslmFBiDs?si=9vxwc5XGFbJ_sojX

Garbii Bultoo

09 Oct, 07:46


#Ammee

Godina Harargee lixaa Aanota 2 keessatti balaa sigiga lafaa uumameen lubbuun namoota 9 darbe😢

Godina Harargee Lixaa Aanaa Shanan Dhuuggootti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 5 darbuun dhagahame. Haaluma wal fakkaatuun Onkoloolessa 8/2024 Balaan sigiga lafaa kun Aanaa Gubbaa Qorichaa ganda Jarjareetti mudateen lubbuun namoota 4 darbeera.

Balaa sigiga lafaa Aanaa Shanan Dhuuggoo Ganda Mayra Lallisaatti mudateenis lubbuun namoota 5 darbuu Wajjirri Bulchiinsa Anichaa beeksiseera

Godinichatti balaa sigiga lafaa aanaalee lamaanitti mudateen hanga ammaatti lubbuun namoota 9 darbuun beekameera.

Garbii Bultoo

09 Oct, 06:27


"ጥቁር ፍየል አርዶ አባይ በረሀ ላይ መጣል ወጤቱ ይሄ ነው" አንልም እኛ ይህንን መሰል አደጋ ኦሮሚያ ላይ ቢከሰት አቀንጭራውያን ኢሬቻ ስለተከበረ ነው ይሉናል።😳

Garbii Bultoo

09 Oct, 06:23


የአምባገነኑ ስርዓት ሰዎች ተስፋ መቁረጥ ውስጥ ገብተዋል

Garbii Bultoo

09 Oct, 04:39


Irreecha 2025 guutuu Alaabaa ABOtiin akka kabajnuu Abdii guutuun qaba.