===========================================
CM Onkololeessa 28/2017 Finfinnee Oromiyaa.
==========================================
Pirezidaantiin Waldaan Dargaggoota Caffee Hojii Gamtaa Walii Galaa Obbo Sanyii Idashuu Guyyaa Har'aa Biiroo Muummetti Bakka Misensonni Boordii Argamanitti Dhaabbata Chaayinaa Suzhou Haixiang Enviromental Technology Jedhamu Waliin Akkaataa Waliin Hojjachuun Danda'amu Irratti Mar'atanii Jiru.
Dhaabbanni Chaayinaa Suzhou Haixiang Enviromental Technology Jedhamu Kun Hojii Baajaajii Fi Mootoroota Humna Ibsaatin Socho'u Kan Oomishu Ta'uu Fi Hojiilee Isaanii Garagaraa Hoji Gaggeessaan Dhaabbatichaa Haibing Zhang Erga Ibsanii Booda, Waldaa Dargaggoota Caffee Hojii Gamtaa Walii Galaa Waliinis Akkaataa Hojjatu Irratti Marii Jalqabaa Taasisuun Wal Hubannoo Yaadarra Gahan.
Gama Biraan Hanga Walii Galtee Hojii Waliif Mallatteesanitti Yeroo Itti Aanu Kan Itti Fufu Ta'a.
የጨፌ ወጣቶች ሁለገብ ኋ/የ/ህ/ስራ ማህበር እና የ suzhou Haixiang Environmental technology ድርጅት ውይይት አካሂደዋል።
CM ጥቅምት 28/2017 ፊንፊኔ ኦሮምያ
የጨፌ ወጣቶች ሁለገብ ኋ/የ/ህ/ስራ ማህበር ኘሬዝዳንት አቶ ሰኚ ኢደሹ ዛሬ በዋና ቢሮ የቦርድ አባላት በተገኙበት የቻይና ድርጅት ከሆነው suzhou Haixiang Environmental technology ጋር አብሮ መስራት ለይ ተወያዩ።
ይህ የቻይና ድርጅት suzhou Haixiang Environmental technology በኤሌክትሪክ ሀይል የሚንቀሳቀስ ባጃጅና ሞተሮች የሚያመርት መሆኑን እና ድርጅቱ የተለያዪ ስራዎችን እንደሚሰራ ጠቅላላ ስራ አስኪያጁ Mr. Haibing ከገለፁ በኋላ ከጨፌ ወጣቶች ሁለገብ ኋ/የ/ህ/ስራ ማህበር ጋር አብሮ የመስራት ሁኔታ ላይ በመወያየት የሀሳብ ስምምነት ለይ ደርሰዋል።
በሌላ በኩል የስራ ስምምነት አስኪፈራረሙ ድረስ የሚቀጥል ይሆናል።
Odeessaalee biroof hidha kana gadii fayyadamuu dandeessu.
Youtube:https://youtube.com/@chefemedia1174
Facebook:-https://facebook.com/profile.php?id=100083534364586
Telegram:-https://t.me/WaldaaCaffeeHojiiGamtaa