HAMZA HASSEN @hamza_hassen Channel on Telegram

HAMZA HASSEN

@hamza_hassen


Dhaamsa garagaraa arkachuuf

HAMZA HASSEN (Amharic)

ሃምዛ ሀሰን የተለያዩ ቴሌግራም አካባቢ ነው የአካባቢዎች መንገድ። ይህ አካባቢ ስለ ሀምዛ ሀሰን ጸሃፊ መስመር፣ አስተባሰብ የትምህርት ቤት ለመኖር እና የዜናዎች ቅርሶ ይሰጡ። አካባቢዎች ላይ ያሉት የቴሌግራም ክፍል፣ ጉዞዎችና ዜናዎች ለመሰል በእንቅስቃሴ እናንብብራለን። እዚህ አካባቢ ከተወሰነ በኋላ ማንኛውም ሚኒስትሩ፣ ትምህርቱ ወይም ዜናዎች እንዲበለጡ አጋልጧቸው።

HAMZA HASSEN

31 Jan, 14:22


https://vm.tiktok.com/ZMkVMtAbK

HAMZA HASSEN

23 Jan, 18:39


إنّ الله وملائكته يصلّون على النبي يا أيها الذين آمنوا صلوا عليه وسلموا…

Salluu Ala Nabii…

HAMZA HASSEN

23 Jan, 17:19


Of-kabaji.

HAMZA HASSEN

21 Jan, 14:59


Waa 4 Ummani kiyya dhiisuun itti ulfaataa ja’an ergamaan rabbii Sallallaahu aleeyhi wasallam.

www.tiktok.com/@hamza.hassen

HAMZA HASSEN

17 Jan, 13:56


Duaii Jummaa…!!!

HAMZA HASSEN

16 Jan, 16:59


Gama Tiktokiin Maatii nama kuma 400k geenye jirra Galatoomaa hundi keessan. 🙏
👇👇👇
www.tiktok.com/@hamza.hassen

HAMZA HASSEN

14 Jan, 16:52


Hojiilee sunnaa tahan hin tuffatin.

Namni hedduun tokko dalagaan (ibaadaan) takka yeroo sunnaadha ja’anin hedduu sadarka hin kennuuf laaffisee laala, garuu hojiileen (ibaadaan) sunnaa hojiilee fardii dirqamaa tahan siif tiksiti ykn irratti sijabeessiti akkasuma jaalala rabbiitis siif arkamsiifti.

Fakkeenyaaf:
Sheeyxaanni ati salaata shanan dirqamaa sirritti yeroo isii eegee salaatu akkasuma salaata sunnaallee dabalataan salaatu abadan salaata shanan fardii/dirqamaarraatti masluufumma sitti fidee akka laaffistu ykn dhiistu sigodhuu hin dandahu dura sunnaa san akka dhiiftu sigodha eegasii farditti dabra malee haala ati sunnaalee jabeessituun abadan fardiin sitti hin dhufu.

Tanaaf hojiileen sunnaadha hojiilee fardii siif tiksiti.
Telegram kuni kiyya Join godha jzkl.
👇👇👇
https://t.me/HAMZA_HASSEN

HAMZA HASSEN

12 Jan, 16:40


Hin Boonin.

HAMZA HASSEN

10 Jan, 22:18


وهو الله….🥺

HAMZA HASSEN

10 Jan, 21:59


https://vm.tiktok.com/ZMkPwYCgx/

HAMZA HASSEN

10 Jan, 21:11


https://vm.tiktok.com/ZMkPTFK9f/

HAMZA HASSEN

10 Jan, 13:58


Nabii keenya kan boru magantaa siif dhaabbatu irratti SALAWAATA buustu malee bira dabrin.

https://t.me/HAMZA_HASSEN

HAMZA HASSEN

10 Jan, 03:54


يوم ندعوا كل أناس بإمامهم…🥺

HAMZA HASSEN

07 Jan, 17:11


Kirkira/Socha’iinsa Lafaa

HAMZA HASSEN

06 Jan, 20:49


قال رسول الله ﷺ «إذا استعطرت المرأة فمرت على القوم ليجدوا ريحها فهي زانية». صححه الألباني


Ergamaan Rabbii s.a.w akkana jedha:-“Dubartiin takka shittoo dibattee akka urgaa isii arganiif namootarra yoo dabarte isiin zinaa daleeyde.” 
Albaaniitu galmeesse

--hadiisa kanarraa wanni hubannu dubartiin yeroo manarraa gadi baate haajaaf deemtu goonkumaa waan urgaawu fayyadamuun dhoowwaadha.
--kana goonaan badii guddoo sagaagalummaa akka waan raawwattetti laalamti.
-- waan urgaawu fayyadamuun kan hayyamame manuma isii keessatti qofa.

https://t.me/HAMZA_HASSEN 👈 Join & Share

HAMZA HASSEN

06 Jan, 13:26


يوم تبل السرائر

HAMZA HASSEN

05 Jan, 18:36


https://t.me/KitaabaKhuzaqiidatak

HAMZA HASSEN

02 Jan, 16:12


💐💐

#FURTUU_MILKAA'INAA.......?!

💐#FAAYYA yoo feete Soommana heddummeessi.
💐#IFNANA fuula keetii yoo feete Salaata halkaniitti jabaadhu.
💐#TASGABBII yoo feete Qur'aana dubbisuu heddummeessi.
💐#Milkii barbaannaan salaata dirqamaa jabeeffadhu.
💐#FURMAATA yoo feete istigfaara heddumeessi.
💐#Yaaddoon kee akka sirraa deemu yoo feete Duaa'ii heddummeessi.
💐#Wanni sitti jabaate akka siif laafu feetaa jecha "LAA HAWLA WALAA QUWWATA ILLAA BILLAAH " Jechuu heddummeessi.
💐#BARAKAA yoo feet salawaaa heddummeessi.ﷺ
💐#SADAQAA Jaariyaa taate yoo feete barreeffama kana facaasii.

Share godhii 👇
https://t.me/HAMZA_HASSEN

HAMZA HASSEN

29 Dec, 13:50


Fakkii Sukkaraa fi Soogiddaa

HAMZA HASSEN

29 Dec, 13:38


Ni’imaa godhii rabbiin siif godhe dhooyfachu moo mullifachuu gaari?

Link arkaam gadii kana xuqaa Telegram channel kiyya join godha Gorsa fi Darsiilee tiyya ni arkattan jzkl.
👇👇👇👇👇
https://t.me/HAMZA_HASSEN

HAMZA HASSEN

21 Dec, 13:50


Mashallah 🥰

HAMZA HASSEN

19 Dec, 16:48


Assalaamu aleykum warahmatullaahi Wabarakaatu.

Imaamu Ashaafi'iin akkana ja’a: “Beeki yaa obboleessa kiyya Ilmiin ykn barumsi waa jahan malee hin arkamu:

أخي لن تنال العلم إلا بستة***
سانبيك عن مجموعها ببيان
زكاء وحرص واجتهاد وبلغة***
وإرشاد استاذ وطول زمان

1. Cimina sammuu
2. Fedhii barnoota
3. Tattaaffii (qabsaawu)
4. Ga'umsa horii qabeenya hanqa haajaa sibaasu qabaachu.
5. Qajeelfama barsiisaa
6. Yeroo dheeraa barnoota keysa turuudha.

Barnoota diini akkasuma Barnoota idilees namni irraa fayyadamu namuma waa jahan kana qabu. Namni jarjaru kan obsa hin qabne bilaashuma. Kun waanuma mullatu.

Link arkaam gadii kana xuqaa Telegram channel kiyya join godha Gorsa fi Darsiilee tiyya ni arkattan jzkl.
👇👇👇👇👇
https://t.me/HAMZA_HASSEN

HAMZA HASSEN

19 Dec, 16:08


Assalaamu aleykum warahmatullaahi Wabarakaatu.

Imaamu Ashaafi'iin akkana ja’a: “Beeki yaa obboleessa kiyya Ilmiin ykn barumsi waa jahan malee hin arkamu:

أخي لن تنال العلم إلا بستة***
سانبيك عن مجموعها ببيان
زكاء وحرص واجتهاد وبلغة***
وإرشاد استاذ وطول زمان

1. Cimina sammuu
2. Fedhii barnoota
3. Tattaaffii (qabsaawu)
4. Ga'umsa horii qabeenya hanqa haajaa sibaasu qabaachu.
5. Qajeelfama barsiisaa
6. Yeroo dheeraa barnoota keysa turuudha.

Barnoota diini akkasuma Barnoota idilees namni irraa fayyadamu namuma waa jahan kana qabu. Namni jarjaru kan obsa hin qabne bilaashuma. Kun waanuma mullatu.

Link arkaam gadii kana xuqaa Telegram channel kiyya join godha Gorsa fi Darsiilee tiyya ni arkattan jzkl.
👇👇👇👇👇
https://t.me/HAMZA_HASSEN

HAMZA HASSEN

07 Dec, 00:23


Uffanni kee dhoqqaahee rizqii halaal argachutti hin qaanfatin, uffata kee bareechifattee harka namaa eeggatuun salphinnaa….!!

https://t.me/HAMZA_HASSEN

HAMZA HASSEN

06 Dec, 18:07


Waa 3 Balaa sitti dhufaa jirtu sirraa deebisan.
—————————

https://vm.tiktok.com/ZMkRMa6NM

HAMZA HASSEN

05 Dec, 22:57


Waa 4 keyrii qunnamu (Towfiiqa) sidhoorkan.
1. Faayida malee halkan taa’u.
2. Dilii hojjatanii rafuu.
3. Salaata Fajrii bira rafuu.
4. Ganamaan ka’uu dhabuu.

Link armaan gadii kanan channel Telegram kiyya Join godha jkzll.
👇👇👇👇
https://t.me/HAMZA_HASSEN

HAMZA HASSEN

30 Nov, 14:40


Waa 7 kan mana keessa Sihriin jiraachu agarsiisu.

https://t.me/HAMZA_HASSEN

HAMZA HASSEN

29 Nov, 01:44


Haalaa gaaroomminan eenyu si qixxaata
Caalaa namaa godhee rabbiin si filata
Guutuu namaa godhee rabbiin si ergataa
Kan sitti hidhatee Milkiidha arkataa
Yaa rabbi nu godhii Filamtuu ummataa
Haala keenya tolchii Nu galchi jannataa

https://t.me/HAMZA_HASSEN

HAMZA HASSEN

17 Nov, 16:12


Zikrii waa hunda siif Laaffistu.

https://t.me/boost/HAMZA_HASSEN

HAMZA HASSEN

17 Nov, 16:10


Channel photo updated

HAMZA HASSEN

17 Nov, 16:10


Duaii jecha 4 qophaan keyrii duniyaa fi aakhira walitti siif qabdu.

https://t.me/boost/HAMZA_HASSEN

HAMZA HASSEN

16 Nov, 14:48


Duaii yana Ammiiin ja’iii…🤲🙏

https://t.me/boost/HAMZA_HASSEN

HAMZA HASSEN

16 Nov, 14:39


Waa 5 Miskiinummaa sitti fiddi.

https://t.me/boost/HAMZA_HASSEN

HAMZA HASSEN

11 Nov, 12:38


Fayyaa fi Bareeddummina rabbiin siif kenneen hin dagamin.

https://t.me/boost/HAMZA_HASSEN

HAMZA HASSEN

11 Nov, 12:28


https://vm.tiktok.com/ZMhgy1wEm

HAMZA HASSEN

30 Oct, 22:51


Qixaaxa Haasida 5 Addunyarratti.

https://vm.tiktok.com/ZMhQF7w5K/

HAMZA HASSEN

21 Oct, 16:12


Yeroo Rakkoo keessa seente NAMOOTA 3 Gonkuma hin irraanfatin.

1. Nama Rakkoo san keessa sigalche
2. Nama Rakkoo san keessatti sigate/sidhiise
3. Nama Rakkoo san keessa sibaase (eega rabbiiti)

https://t.me/HAMZA_HASSEN

HAMZA HASSEN

17 Oct, 22:14


“Seenaa Nabiin nuuf himan”

kutaa 3ffaa

Dhageeffadha share waliif godha akkasuma dabalataaf channel kiyya subscribe godha.
👇👇👇👇👇
https://youtu.be/Yn3aBW3pzNM?si=c81FzsN-TSnvTZ0b

HAMZA HASSEN

10 Oct, 13:44


Zikrii Yoo jette rabbiin sijaalate akkasuma Dilii tee hunda siif araaramu.

👇👇👇👇
https://youtu.be/8ndKBf2zkWA?si=zNXGCy9hi5WsjVuo

HAMZA HASSEN

06 Oct, 13:31


SEENAA JUREEYJII

“Seenaa Nabiin nuuf himan”

kutaa 2ffaa

Dhageeffadha share waliif godha akkasuma dabalataaf channel kiyya subscribe godha.
👇👇👇👇👇
https://youtu.be/eOoxoDQu3Ok?si=y18ZZTS7FP_dOzou

HAMZA HASSEN

05 Oct, 13:21


Assalaamu aleykum warahmatullahi wabarakatuh.
Obboleeyyan kiyya link kun Channel Shek Abuu Ramadani darsii fi gorsa adda adda irra arkattani seena join godhaa irraa Fayyadamaa.
https://t.me/KitaabaKhuzaqiidatak

HAMZA HASSEN

03 Oct, 12:37


Sagantaa Haarawa

“Seenaa Nabiin nuuf himan”

kutaa 1ffaa

Dhageeffadha share waliif godha akkasuma dabalataaf channel kiyya subscribe godha.
👇👇👇👇👇
https://youtu.be/Oxa96qnTL7Q?si=VzGTaLxg3A-vP31G

HAMZA HASSEN

15 Sep, 15:29


Zikrii gabaabdu Ulaa Rizqii siif bantu.

https://youtu.be/7fi-A-kVjQk?si=dGeT7phgCurjBSym

HAMZA HASSEN

07 Sep, 13:38


Furmaata Sihrii.

HAMZA HASSEN

06 Sep, 17:14


Mallattoo Sihrii.

HAMZA HASSEN

06 Sep, 16:34


Furmaata Sihrii gabaabaa.

https://vm.tiktok.com/ZMro4jc3b/

HAMZA HASSEN

05 Sep, 19:32


Mallattoolee Sihrii beekkamtu.

Dhageeffadhu obboleenyan keetif shre godhi anaafi isiniis rabbiin balaa Sihrii jalaa nuhaa baasu.

https://youtu.be/sC429TgwbxM?si=NQVIotrvf6RD7JZA

HAMZA HASSEN

15 Aug, 14:23


https://youtu.be/YVRoPecJAfs?si=mf4VxNpLkdLXbS3D

HAMZA HASSEN

08 Aug, 21:34


https://vm.tiktok.com/ZMrqSGWRL

HAMZA HASSEN

06 Aug, 21:49


https://vm.tiktok.com/ZMrV6dfNH

HAMZA HASSEN

19 Feb, 13:03


Vedio haarawa dhaamsa gabaaba irra arkattan seena dhageeffadha share waliif godha jzkl.

https://youtu.be/rb6u_gznmPs?si=NuBicvaRQboIhe_E

HAMZA HASSEN

16 Feb, 14:38


Vedio Haarawa Dhaamsa Bareeda irra arkattani dhageeffadha Share waliif godha akkasuma SUBSCRIBE godha jzkl.

https://youtu.be/VQ2NmfGxGQQ?si=MNcbAV7mpUBRIAhP

HAMZA HASSEN

12 Feb, 16:48


Zikrii tana yoo jette Duniyaa fi aakhira Nagaya taata akkasuma araarama rabbii arkatta.

https://youtu.be/bXaU7gyUqH4?si=e8Zzg6mWQWyroKfI

HAMZA HASSEN

10 Feb, 15:28


Vedio Haarawa dhaamsa gabaaba irra arkattan gad isiniif gad lakkisee jira Link armaan gadii kanaan seenaa dhageeffadha dabalataafis SUBSCRIBE godhu dagatina inshallah.

https://youtu.be/QSUxpLVDqzg?si=Ydq2ZHlLP31piDYP