Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1. @generaltadessebiruonlineteaching Channel on Telegram

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

@generaltadessebiruonlineteaching

Lammiin barate Mirgasaa gaafata.

generaltadessebiruonlineteaching (Amharic)

ረሲቨርቴሪንቺ እናት ቴምቢል አምሮ ሁሉንም ዝቅተኛ እና ተሞካሊ ትራንስቲም መሆን ያለባቸው ቢሆንም ልዩነትን ከተማው አድራሻዎች ለማኅበረሰብና እንቅስ ትምህርት በእንግሊዝኛ ለማመሳሰር ይባላል። ዘንድ መሰለው ረሚ ባሩምልምድ፡ጳይደርሂምድ፡በመንግስቴ ምግብን ሎሚታምል፡ራቃኅኡለሂም፡ጿዕኪታ።

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

10 Feb, 05:36

Jalqabbii Barnoota Seemisteera Lammaffaa Bara 2017

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

09 Feb, 10:36

Guyyaa 02/06/2017
Beeksiisaa
I/G/Muummeewwanii Hundaaf
Guyyaa Abbaa Dabaree Torbanii Sem.2ffaa isin beeksiisuu ta'a.
Afaan Ingilizii
03/06/2017---7/06/2017
15/07/2017---19/07/2017
27/08/2017----01/08/2017
9/10/2017-----13/10/2017
Muummee Herregaa
10/06/2017---14/07/2017
22/07/2017----26/07/2017
04/09/2017----08/09/2017
16/10/2017----20/10/2017
Muummee Afaan Oromoo
17/06/2017---21/06/2017
29/07/2017---03/08/2017
11/09/2017----15/09/2017
23/10/2017----27/10/2017
Muummee S/Uumamaa
24/06/2017----28/06/2017
06/08/2017-----10/08/2017
18/09/2017-----22/09/2017
Muummee S/Hawaasaa
01/07/2017----5/07/2017
13/08/2017----17/08/2017
25/09/2017-----29/09/2017
Muummee BFDQ
08/07/2017----12/07/2017
20/08/2017-----24/08/2017
02/10/2017------6/10/2017

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

09 Feb, 04:59

Guyyaa 2/06/2017
Beeksisa
Barsiisota mana barumsaa keenya hundaaf
guyyaa boruu 3/06/2017
Barumsi waan karaa guutuu ta'een jalqabuuf Barsiisonni hundi keessaan ganama hiriira barattootaa irratti argamuun jalqabbii barnoota Sem.2ffaa bifa ho'aa ta'een akka jalqabamu akka taasistan Hafuuf barfachuun hin danda'amu.

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

08 Feb, 06:38

BEEKSISA
Barnootni Sem. 2ffaa Bara 2017 Guraadhala 03/2017 ykn Gaafa Wiixataa Waan Eegaluuf Barsiisotni mana barumsa keenyaa hundi Karoora Guyyaa Qopheeffachuun hojii baruu barsiisuu karaa guutuu ta'e akka eegalamuuf Gaheef keessan akka baatan ni beeksifna.

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

04 Feb, 18:29

Akkam jirtu jechaa Barsiisonni I/G/Muummeef Gumii Herregaa fi Afaan Ingilizii taatan guyyaa boruu hojii madaallii waan jiruuf 28/05/2017 ganama sa'atii 2:30 mana barumsaatti argamtan cimsinee isin beeksifna
hafuun fi barfachuun dhorkaadhaa.
nagaan bulaa .

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

27 Jan, 11:42

Qorumsi Xummura Semisteera1 ffaa Kan bara 2017 Mana Barumsaa J/Taaddasaa Birruu STD, sad. 1ffaa fi G/Galeessaa Lakk. 1tti karaa nagaa ta'een kennamaa jira.

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

26 Jan, 18:29

Barsiisonni koodiin keessan isaa duraa irratti hin mul'anne kanarra ilaaladha.

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

21 Jan, 09:41

Share with your  Friends
 
የተማሪ መፃህፍት, የተለያዩ ፈተናዎችን
ለማግኘት 👇👇
https://t.me/andu76

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

16 Jan, 07:59

GAAFFILEE SHAAKALAA BARNOOTA AFAAN AMAARIFFAA KUTAA 4FFAA (2017)

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

15 Jan, 14:25

English worksheet for grade 8

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

15 Jan, 08:31

YAADA KENNITANIIF GALATOOMAA!
Qormaatni Moodelaa Kutaa 6 ffaa fi 8 ffaa kun sadarkaa kutaa magaalaatti kan qophaa'e dha.
Barsiisotni mana barumsa keenyaa carraa qormsa moodela kutaa 8ffaa qopheessuu kan hin kennamneef yoo ta'u, kan kutaa 6ffaa qofa carraa argatan.
Qormaatni Kennamaa Jiru Kunis Dogoggora hedduu akka qabu barsisotni keenyasi arganii jiru. Akka mana barumsaatti madaallee (gamaaggamuun) hanqinoota inni qabu qaama dhimmi ilaaluuf (Waajjira Barnootaatiif ni dhiyeessina.
Haala itti Fuula duratti furmaata argatu irrattis mar'achuun kallattiin akka kaa'amu ni taasifna.
Galatoomaa!

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

15 Jan, 08:31

The exams have many errors. Especially grade 8 Mathematics and Afaan Oromoo . From the errors, some of them:
1) questions without alternative answers in mathematics. For example Q14, Q15, Q28
2) Repeation of questions in Afaan Oromoo: Q27 & 42, Q31 &48, Q28 &51, Q30 & 47, etc
3) Qormaatichi ogeessa Barnootaa Afaan Oromoo beekuun waan qophaa'e hin fakkaatu.
4) Ulaagaa qormaata ammayyaa hin eegne. A fi B ykn hunda filannoon jedhu yaada dulloomaa ta'ee jira. Qormaata burjaajessaati malee qormaata moodelaati jedheen hin ilaalu.
5) Dogoggora qubeessuu, Dogoggora sirna tuqaalee, Dogoggora yaadaa, afaan ykn saayinsii Kam qoruuf akka ta'e dhibaa.... Walumaagala qormaata barataa hin madaalle garuummoo hojjattoota kutaa qormaataa jiran kan madaalchise ta'uu akka maatii barataa tokkootti hubadheera.

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

09 Jan, 09:26

GAAFFILEE SHAAKALAA BARNOOTA AFAAN INGILIFFAA KUTAA 1FFAA BARA 2017

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

09 Jan, 09:14

GAAFFILEE SHAAKALAA BARNOOTA CTE(OGUMMAA FI TEEKINIKAA) KUTAA 7FFAA BARA 2017

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

08 Jan, 06:00

GAAFFILEE SHAAKALAA BARNOOTA TEEKINIKAA FI OGUMMAA (CTE) KUTAA 8FFAA

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

08 Jan, 05:56

GAAFFILEE SHAAKALAA BARNOOTA S/W/GALAA KUTAA 7FFAA 2017😍

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

06 Jan, 11:06

Share 'GENERAL SCIENCE WORKSHEET FOR GRADE 8 2017.doc'

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

06 Jan, 11:02

Gaaffilee shaakalaa barnoota s/naannoo kutaa 4ffaa

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

06 Jan, 08:17

GAAFFILEE SHAAKALAA BARNOOTA SAFUU FI SIRNA GADAA KUTAA 5FFAA

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

06 Jan, 07:59

GAAFFILEE SHAAKALAQA BARNOOTA SAAYINSS NAANNOO KUTAA 1FFAA

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

03 Jan, 11:36

GAAFFIILEE SHAAKALAA BARNOOTA OG/AARTII KUTAA 6FFAA

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

03 Jan, 10:57

GAAFFILEE SHAAKALAA BARNOOTA SAFUU FI GADAA

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

02 Jan, 11:17

GAAFFILEE SHAAKALAA BARNOOTA HERREEGAA KUTAA 1FFAA

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

02 Jan, 10:41

GAAFFILEE SHAAKALAA BARNOOTA AFAAN OROMOO KUTAA 3FFAA

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

01 Jan, 03:18

Sagantaa Beekumsa Waliiqooduu Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad.1ffaa Duraa,Sad.1ffaa fi G/galeessaa Lakk.1tti 21/04/2017 Taasifame.

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

27 Dec, 07:55

Gaaffilee shaakalaa barnoota afaan INGILIFFAA kutaa 7ffaa 2017

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

27 Dec, 06:51

GAAFFILEE SHAAKALAA BARNOOTA SAAYINSII NAANNOO KUTAA 5FFAA (MARSAA 2FFAA)

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

26 Dec, 12:24

GAAFFILEE SHAAKALAA BARNOOTA SAAYINSII NAANNOO KUTAA 3FFAA

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

26 Dec, 12:23

GAAFFILEE SHAAKALAA BARNOOTA AFAAN OROMOO KUTAA 4FFAA

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

26 Dec, 09:39

Sochiin gumii Herreegaa mana barumsa Jeneraal Taaddasaa Birruu sad. 1ffaa lakk. 1tti haala bareeda ta'een gaggeeffameera.
17/04/2017

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

26 Dec, 08:08

GAAFFILEE SHAAKALAA BARNOOTA BFDQ KUTAA 5FFAA

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

25 Dec, 10:47

Waldorgommii na filadhaa barattootaa paarlamaa daa'immanii keessatti taasifamaa turen miirri waldorgommii cimaan barattoota gidduutti mul'ateera

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

25 Dec, 09:52

Wal dorgommii gaaffii fi deebii barnoota Herreegaa barattoota gidduutti gaggeeffame.

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

02 Dec, 17:53

Guyyaa 23/03/2017
Beeksisa 2ffaa
Barsiisota maqaan keessan armaan gaditti tarreeffame hundaaf
1.Aagituu Bantii
2.Abinnat Bafaqaaduu
3.Addisuu Maammuuyyee
4.Alamaayyoo Ittafaa
5.Aschaaloo Sintayyoo
6.Biraanee Mokonnin
7.Boontuu Abdiisaa
8.Dungujee Amanuu
9.Fadiilaa Takkaleeny
10.Guddinaa Milkii
11.Guutamaa Zallaqaa
12.Ilfinesh Gondol
13.Indaalee Maammoo
14.Kabbabush Kabbadaa
15.Kabbadaa Margaa
16.Lataa Habtaamuu
17.Mihiretuu Hayiluu
18.Milkeessaa Abdiisaa
19.Natsaanat Abdiisaa
20.Qajeelaa Taaddasaa
21.Roobee Magarsaa
22.Sanyii Raggasaa
23.Sanyii Damboobaa
24.Shumee Geetahuun
25.Siisay Fiqaadauu
26.Taayyee Gabree
27.Waaqumaa Kontaa
28.zarihuun Zawudee
29.Zawudee Abdiisaa
30.Tsahaay Yaadasaa
Galmee Online hanga gaafa 21 hanga 22 /03/2017 ttiakka galmooftaniif mana barumsa beeksisa ture. dabalataan telegiraamii mana barumsaa irratis isin beeksisee barsiisaa hundi ragaalee barbaachisu qabatanii akka galmooftan beeksisa baasuun keenya ni yaadatama.garuu Barsiisonni maqaan keessa armaan olitti tarreeffame hundi keessan ragaa keessan qabachuun hin galma'inni
waan jirtaniif yeroo dhumaaf guyyaa 24/03/2017 hanga sa'aatii 6:00 wayittii keessann osoo hin qisaasesiin galmooftanii hin xumurtan taanaan rakkoo galmee kanaan walqabatee isin irra gahuuf manni barumsaa kan itti hin gaaffatamne ta'uu isaa beektanii ragaa keessan qabachuun akka galmooftan Manni barumsaa irra dedebbi'ee isin beeksisa.

mana barumsaa

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

30 Nov, 18:33

Guyyaa 21/03/2017
Beeksiisa 2ffaa
Barsiisota mana barumsaa keenya hundaaf
Galmee Online akka galmooftaniif beeksiisa karaa toora telegiramii fi keessoon isin beeksiisuun keenya ni yaadatama haa ta'u malee barsiisonni Hanga ammatti mana barumsaatti argamuungalma'an
1.B/stuu Ayyantuu Fiqaaduu
2.B/stuu Bookashee Dhugumaa
3.B/stuu Godee Baloo
4.B/stuu Abazzee Magarsa
5.B/stuu Asaantii Sintayyoo
6.B/stuu Jaallanee Baqqalaa
7.B/stuu Zannuu Garoomaa
8.B/stuu Daraartuu Girmaa
9.B/stuu Chuuchaa Baqqalaa
10. B/stuuYidanaquu Magarsaa
11.B/stuu Assagaduu Dhinsaa
12.B/stuu Obsee Firidisaa
13.B/stuu Muluu Shobbee
14.B/stuu Alaminesh Firrisaa
15 B/stuu Gillinesh Olaanii
16.B/stuu Kokob Dassaleeny
17.B/stuu Masarat Nagawoo
18.B/stuu Shukkaree Girmaa
19.B/stuu Mulee Ashabbir
20.B/saa Margaa Fiqaaduu
21.B/saaAssabaa Alamuj
22.B/saa Dassaledny Damee
23.B/saa Nagaasaa Baacaa
24.B/saa Charuh Baqqalaa
25.B/saa Abdiisaa Kumaa
26.B/saa Masarat Galataa
27 B/saa Caalaa Tasamaa

28.Zarihuun Cammiroo
Yoota'u Barsiisonni haftan guyyaa 22/03/2017 GALMEEN waan itti fufuuf ganama sa'aatii 2:30 irra eegalee mana barumsaatti argamuun akka galmooftan Cimsinee isin beeksifna
warri beeksisa hordoftanii dhuftanii galmooftan guddaa galatoomaa.

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

30 Nov, 18:05

Guyyaa 20/03/2017
Beeksisa
Barsiisota mana barumsaa keenya hundaaf
Galmee Online Barsiisotaa Ariifachiisaan galma'ee gaafa 23/03/2017 qindaa'ee  kutaa magaalaaf akka gabaaffamu kutaan magaalaa kallatti waan ka'eef Barsiisonni hundi keessan  gaafa guyyaa21 fi 22/03/2017  mana barumsaatti Qaamaan argamuun ragaaf odeeffannoo barbaachisu akka guuttan Cimsinee isin beeksifna.
        Ragaalee  Qabattanii Dhiyyaachuu qabdan
1.Suura 3/4=1
2.Gosa Dhiigaa
3. Email
4.Lakk.Waraqaa Eenyummaa (ambassaa)
5.Tin Number
6.Lakk Soramaa
7.xalayaa jijjiiraa yeroo mana barumsaa kana dhuftanii
8.Ragaa gahumsa barsiisummaa
9.Xalayaa gaggeessituu
ykn kilraanisii
10.Kan Nama yeroo rakkoo Waamamuu
  1.suura nama yeroo rakkoo  1
2.waraqaa Eenyummaa isaa qabachuun 
11.waraqaa Ragaa barnoota keessan kan harkaa qabdan
guyyoota lamaan kan keessatti barsiisaan mana barumsaa dhufee hin galmoofneef manni barumsaa kan itti hin gaafatamne ta'uu isaa beektanii akka dhuftanii galmooftan irra deebinnee isin beeksifna.

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

30 Nov, 17:11

Guyyaan Farra Malaammaltummaa 21ffaa "Qabsoon Farra Malaamaaltummaa Dargaggoota Giddu Galeeffate Egree Biyyaa ni Ijaara"
"Uniting With Youth Against Corruption Shaping Tomorrow's Intigrity"
ወጣቶችን ያማከለ የፀረ ሙስና ትግል የነገን ስብዕና ይገነባል Dhaadannoo Jedhuun Maree Panaalii fi Gaaffii fi deebii barattootaatiin gaafa guyyaa 20/03/2017 akka M/b JTB Lakk. 1tti kabajameera.

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

30 Nov, 12:36

Barsiisonni galmee Online galma'uu dhuftan Ragaa Barnootaa keessaan fidatanii akka dhuftan .

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

29 Nov, 18:23

Guyyaa 20/03/2017
Beeksisa
Barsiisota mana barumsaa keenya hundaaf
Galmee Online Barsiisotaa Ariifachiisaan galma'ee gaafa 23/03/2017 qindaa'ee  kutaa magaalaaf akka gabaaffamu kutaan magaalaa kallatti waan ka'eef Barsiisonni hundi keessan  gaafa guyyaa21 fi 22/03/2017  mana barumsaatti Qaamaan argamuun ragaaf odeeffannoo barbaachisu akka guuttan Cimsinee isin beeksifna.
Ragaalee Qabattanii Dhiyyaachuu qabdan
1.Suura 3/4=1
2.Gosa Dhiigaa
3. Email
4.Lakk.Waraqaa Eenyummaa (ambassaa)
5.Tin Number
6.Lakk Soramaa
7.xalayaa jijjiiraa yeroo mana barumsaa kana dhuftanii
8.Ragaa gahumsa barsiisummaa
9.Xalayaa gaggeessituu ykn kilraanisii
10.Kan Nama yeroo rakkoo Waamamuu
1.suura nama yeroo rakkoo 1
2.waraqaa Eenyummaa isaa qabachuun guyyoota lamaan kan keessatti barsiisaan mana barumsaa dhufee hin galmoofneef manni barumsaa kan itti hin gaafatamne ta'uu isaa beektanii akka dhuftanii galmooftan irra deebinnee isin beeksifna.

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

29 Nov, 18:09

Guyyaa 20/03/2017
Beeksisa
Barsiisota mana barumsaa keenya hundaaf
Galmee Online Barsiisotaa Ariifachiisaan galma'ee gaafa 23/03/2017 qindaa'ee kutaa magaalaaf akka gabaaffamu kutaan magaalaa kallatti waan ka'eef Barsiisonni hundi keessan gaafa guyyaa21 fi 22/03/2017 mana barumsaatti Qaamaan argamuun ragaaf odeeffannoo barbaachisu

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

25 Nov, 10:51

Mana barumsa Jeneraal Taaddasaa Birruu sad. 1ffaa lakk. 1tti qormaanni miidii(gidduu galeessaa) kan bara 2017 sem. 1ffaa bifa bareedaa ta'een eegalamee jira.
16/03/2017-18/03/2017
Qormaata gaarii!!!

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

21 Nov, 17:55

Channel photo updated

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

21 Nov, 13:01

Sochii gumii HERREEGAA mana barumsa Jeneraal Taaddasaa Birruu sad. 1ffaa lakk.1
12/03/2017

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

20 Nov, 15:16

Video from Dhaba Terefe

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

20 Nov, 15:15

Photo from Dhaba Terefe

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

20 Nov, 15:15

Photo from Dhaba Terefe

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

20 Nov, 15:14

20 Nov, 15:13

Photo from Dhaba Terefe

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

20 Nov, 15:12

Photo from Dhaba Terefe

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

20 Nov, 15:12

Photo from Dhaba Terefe

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

20 Nov, 15:09

Ayyaanni sabaaf sab-lammootaa Marsaa 19ffaa Dhaadannoo "Walii Galtee Biyyoollessaa Tokkummaa sablammootaaf" jedhuun hawaasa mana barumsaa J/Taaddasaa Birruu sad.1ffaa duraa, sad.1ffaa fi G/Galeessaa Lakk.1 n kabajameera.
ለ19ኛዉ ጊዜ የሚከበረዉ የብሔር ብሔረሰቦች በዓል ሀገራዊ መግባባት ለህብረ ብሔራዊ አንድነት በሚል መሪ ቃል በጀነራል ታደሰ ብሩ ቀ.1  ቅ/1ኛ፣ 1ኛና መ/ደረጃ ት/ቤት ተከብሯል።

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

18 Nov, 06:07

Maths worksheet for grade 8

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

17 Nov, 12:04

MODEL ONE CITIZINSHIP

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

15 Nov, 10:27

General Science Grade 8 Model one Examination 2017

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

31 Oct, 12:18

Sosochii gumii herreegaa akka mana barumsa keenyaatti taasifameen wal qabatee leenjii abacus irratti kenname.

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

26 Oct, 12:47

Mana Barumsa J/Taaddasaa Birruu sad. 1ffaa duraa, sad. 1ffaa fi Giddu Galeessa Lakk. 1 dhimmoota :-
1. Karoora Hojii Bara 2017
2. Karoora Tarsiima'aa Bu'aa Barachuu Barnoota Afaan Ingilizii fi Herregaa Fooyyessuu
3. Qaaccesa Qbxii Minstirii Kutaa 6 ffaa fi 8 ffaa kan bar 2016
4. Mallattoo Wliigaltee Qaamota Arfanii
5. Gabaasa Raawwii Hojii Nuusa 1ffaa Bara 2017
6. Seeraa fi Danbii Ittiin Bulmaata Barattootaa
7. Dhimma Misooma Mana Barumsaa fi Barnoota Dhaloota Booruu
8. Haala kenniinsa tuutooriyaalii barattoot kutaa 6 ffaa fi 8 ffaa irratti Maatii Barattootaa waliin maree taasisee jira. ጀኔራል ታደሰ ብሩቁ 1 ቅድመ አንደኛ፤ አንደኛና መካከለኛ ደረጃ ት/ቤት ፡-
1. በ2017 ዕቅድ
2. በእንግልዘኛ እና ሒሳቢ ትምህርት ስትረተጂክ እቅድ
3. በ2016 ዓ.ም የ6 ኛ እና 8ኛ ከተማአቀፍ ዉጠት ትንተና
4. የአራትዮሽ ፍርማ
5. የአንደኛ ሩብ ዓመት እቅድ ክንዉን ሪፖርት
6. በተማሪዎች መተዳደሪያ ደንብ
7. በትምህርት ቤት ልማት ስራ እና ትምህርት ለትዉልድ
8. በ6ኛ እና 8ኛ ክፍል ታማሪዎች የቅዳሜ ቱቶሪያል አሰጣጥ ዙሪያ ከተማሪ ወላጆች ጋር ዉይይት አድርጓል፡፡

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

23 Oct, 05:22

Dagaagina barnoota Ingiliffaa irratti barsiisota afaan ingiliffaa barsiisan waliin raawwii hojii ilaalameeykn madaalamee jira.
12/02/2017

Mana Barumsaa Jeneraal Taaddasaa Birruu Sad. 1ffaa Lakk 1.

23 Oct, 05:15

Mana barumsaa keenya keessatti haala qulqullina dhuunfaa itti eeggatan irratti fi haala harka dhiqinnaa irratti keessummoota fayyaa dhuunfaa irraa dhufaniin barattoota keenyaaf barumsi kennameera.