JIRMA KAAYYOO CHANNEL @jirmakaayyoo Channel on Telegram

JIRMA KAAYYOO CHANNEL

@jirmakaayyoo


Haqni koo haalamee, mirgi eenyummaa koo molqamuus, abukattoon ofii koo uumaa koof ana qofaa dha! Haqa koo falmachuuf qaama kamirraayyu eeyyama hin gaafadhu, gaafachuufis sammuun koo naan eeyyamu!

JIRMA KAAYYOO CHANNEL (Oromo)

JIRMA KAAYYOO CHANNEL ykn 'Kanaaf' kan waa'ee Telegram irratti agarsiisuuf deebisuuf itti fufuun kan haqa koo haalamee, mirgi eenyummaa koo molqamuus, abukattoon ofii koo uumaa koof ana qofaa dha! Kan haqa koo falmachuuf qaama kamirraayyu eeyyama hin gaafadhu, yoo sammuun koo naan eeyyamu! Kan hundi Telegramitti dhaaban kan akkaatti kunoo irratti hojjateefi dhimmoota ofii dabarfatee ta'ee kan agarsiisuufii kan keessaa qofatu tajaajilu jijjirama qabu. Jirra kaayyoo yoo argatu, abdatafuluma ofii isaanii itti fufa. Dhaabni kun kan akka itti keessa jiran irratti argame sossobanii jiru. Keessaa bara 2021 kan ilmaan Oromoo keessatti afaan Oromoo, mirga, seenaa fi haqaa fi gartuu fi dubbii fi dhaabaa isaanii hojjatu kan ittiin dabarfatee. Kan jalqabaafi kan walqabatee guyyaa keenyaa keessaa qofatuu fi hojjatuuf deebisuu danda'u. Kan hojjatu, seenaa fi dubbii ofii irratti argame kan sochoosuu danda'u. Kan dubbii fi jiru keessaa dura ta'uudha.

JIRMA KAAYYOO CHANNEL

10 Jan, 14:13


Telegram kanarratti yeroo dhiyootti kitaaba Jawaar Mahaammad "Hin Gaabbu"jedhu afaan Oromootiin PDF isaa sinifan maxxansa

JIRMA KAAYYOO CHANNEL

10 Jan, 14:13


https://www.facebook.com/share/p/1MK1KccMKZ/

Yaada kennuu hin dagatiinaa.

JIRMA KAAYYOO CHANNEL

17 Nov, 19:39


የምስራች!

ጉዞ በቅርብ ቀን!

የብሬክስሩ ትሬዲንግ አ.ማ  የ 2016ዓም 2ኛ ዙር የጉዞ ኮሚሽንን ላሳካችሁ በሙሉ እንኳን ደስ አላችሁ እያልን የዚህን አስደናቂ ጉዞ መዳረሻ ቦታ እና የጉዞ ቀን ስናበስራችሁ ታላቅ ደስታ ይሰማናል!

ስለ ውቧ የቱሪስት መዳረሻ ሀገር እንዲሁም የጉዞ ኮሚሽን ካሳኩት የገፅታ ገንቢዎቻችን መሀል የከፊሉን አስተያየት የያዘውን ቪድዮ ይመልከቱ !!!
             
               

== አልፋ ለስኬትዎ ጉልህ ድርሻ! ===

📍አዲስ አበባ፣ ቦሌ  ክፍለ-ከተማ፣ ወረዳ 3 ሽልም ህንፃ 4ተኛ ፎቅ
☎️ +251930020395 Bole Branch
      +251903441155 Adama Branch
      +251988010611 Sengatera Branch

website | Facebook |Telegram| Instagram | TikTok | X | Youtube   | LinkedIn

JIRMA KAAYYOO CHANNEL

17 Nov, 09:55


Obboloonni Hojiilee koof gatii kennuun, Beeksisa naaf hojjettan galatoomaa. Nama gatiin keessaan baasu na haa godhu. Ammas hojiin koo qulqullina Olaanaa fi hawwattummaa guddaa qabuun itti fufa.

Graphics kamiifuu na quunnamuu dandeessu. Kitaabilee dhiyootti hojjetaman, keessaa muraasa kunooti.

Baayyeen isin jaalladha!

Warreen Na quunamuu barnaaddan, 0910104394 tiin hello jedhaa!

JIRMA KAAYYOO CHANNEL

30 Oct, 03:25


#Yaada_Kee_Jijjiiri, #Amala_Kee_Jijjiirta!

Namni “sammuu banaa qabadhu” ykn “waan gaarii yaadi” siin jedhee beekaa? Yaadni kee qormaata mo’uu irratti carraa milkaa’ina kee irratti dhiibbaa guddaa qabaachuu danda’a.

Jechoonni “yaada guddinaa” fi “yaada dhaabbataa” jedhan akkaataa namoonni dandeettii kaayyoo isaanii galmaan ga’uuf qaban itti ilaalan agarsiisu. Namni yaada dhaabbataa qabu dandeettiiwwan bu’uuraa, sammuu, dandeettii fi dandeettiin ofii wantoota ittiin dhalatan ta’uu ni amana.

Namni yaada guddinaa qabu tokko ogummaa haaraa barachuu fi cimee hojjechuudhaan milkaa’ina argachuu danda’a jedhee yaada.

Yaada dhaabbataa ta’een qormaanni akkas fakkaachuu danda’a:

“Hojiin waan natti baay'atuuf, sochii qaamaa gochuuf yeroon hin qabu.”
“Ani uumamaan nama dhiphina qabudha. Boqochuun natti ulfaata. Yeroon hojii akkasiif akkanaa hojjedhu sammuun koo na dhiphata”
“Yeroo hundumaa,....” jechuun yaadolee waa'ee dadhabuu isaanii tarreessu. Dhugaas qabu, jaallatanii miti. Sababni isaas wadaroo yaada dhaabbataatiin hidhamee osoo jiruu, deemuuf ulaa hin argatu.

Yaadni guddinaa caalaatti kan fakkaatu yoo ta’u:

“Akkaataa sochii qaamaa amala godhachuu dandaʼu qofa barachuu yoon dandaʼe, caalaatti sochii qaamaa gochuu akkan dandaʼu nan amana.”
“Dhiphina koo toʼachuuf baayʼeen hojjedha. Tarii wanti biraa yaaluun danda’u kan salphisu jira ta’a.”
“kitaabilee yaada koo qaran akkan argadhuufi itti fayyadamu irratti gargaarsi na barbaachisa” jechuun waa'ee guddina isaaniif mala akeeku.

Yaada guddinaa kee guddisuuf tarkaanfiiwwan muraasni fudhachuu dandeessu kunooti.

1. Kufaatii akka Carraatti ilaali. Yeroo wanti karaa kee hin deemne akka muuxannoo barumsaatti yaaduuf yaali.

2. Ofii keef Dammaqumsa Uumi. Ciminaa fi hanqina kee hubachuuf yaali. Bakka guddinni barbaachisu irratti xiyyeeffachuu akka dandeessuuf ilaalcha suuraa guddaa qofa fudhadhu.

3. Barnoota Umurii Guutuuf Qophaa'i. Tarkaanfiin imala fayyaa keessanii hunduu yeroo itti aanutti akkamitti akka fooyya’aa ta’e barachuuf carraadha.

4. Qormaata Fudhadhu. Jijjiiramni ulfaataadha. Tokkoon tokkoon gufuu ati qaxxaamurtu dandeettii fi tooftaa haaraa akka guddifattu si gargaara.

5. Injifannoo Kabaji. Milkaa'inni xiqqaan jedhamu hin jiru! Jijjiiramni, barumsi ykn yaadni gaariin kamiyyuu xiyyeeffannoo argachuu qaba. Yaada “Guddina malee guutuu ta’uu miti” jedhu hammadhu.

Yaada kee jijjiiri; Amala kee jijjiirta!

JIRMA KAAYYOO CHANNEL

29 Oct, 06:31


Yeroo hundumaa jireenyi fuuldura kee jiru jireenya si duuba jiru caalaa baay’ee barbaachisaa ta’uu isaa yaadadhu.

JIRMA KAAYYOO CHANNEL

28 Oct, 22:22


https://vm.tiktok.com/ZMh9w8aKK/

JIRMA KAAYYOO CHANNEL

27 Oct, 09:25


It has begun!

An amazing  IBOs day in Bale Robe has now begun, led by an experienced trainer. This event promises to be a remarkable opportunity for IBOs to enhance their skills, network with peers, and gain insights from seasoned professionals.

JIRMA KAAYYOO CHANNEL

27 Oct, 09:08


Dhukkubbiin gosa lama qaba, tokko kan si miidhu, inni kaan immoo kan si jijjiiru.

JIRMA KAAYYOO CHANNEL

26 Oct, 12:54


Adabbiin amala namatti fida.

Amalli gara walsimannaatti nama geessa.

Walsimachuun guddinaaf nama geessa.

JIRMA KAAYYOO CHANNEL

25 Oct, 11:03


Abjuu guddaa abjoodhu, cimsii hojjedhu, xiyyeeffannaa qabaadhu, namoota gaarii ta'aniin of marsi!

JIRMA KAAYYOO CHANNEL

25 Oct, 10:34


"Egereen kee kan uumamu waan har'a hojjetteen malee boru miti."

~Roobert T Kiyoosaakii

JIRMA KAAYYOO CHANNEL

25 Oct, 07:11


Milkaa'inni Wantoota 6n Kana Gaafata:

1. Hojii cimaa (Hard Work)
Carraa irratti hin hirkatin; hojii cimaatti amanu. Adeemsa ariifachiisuuf yaaluun ykn karaa gabaabaa barbaaduu dhiisi-hin jiru.

2. Obsa (Patience)
Obsa yoo dhabde lola ni dhabda. Jalqaba irratti wanti tokkollee hin taʼu; achiis suuta suutaan ta’uu jalqaba, akka tasaa hunduu walitti dhufa. Namoonni baay’een sadarkaa jalqabaa irratti harka kennatu.

3. Wareegama (Sacrifice)
Yoo waan barbaaddeef wareegama hin baasne, wanti barbaadde wareegama ta’a. Wanti hundi gatii qaba. Gaaffiin jiru: Jireenya hawwitu sanaaf kaffaluuf qophoofteettaa?

4. Walsimachuu (Consistency)
Walsimachuun giddugaleessa gara olaantummaatti jijjiira. Isa malee milkaa'ina kana caalu gonkumaa hin argattu.

5. Naamusa (Ethics)
Kaka’umsi akka jalqabdu si taasisa, naamusni garuu akka guddattu si taasisa. Guyyoonni fedhiin sitti hin dhaga’amne ni jiraatu; maaltu sitti dhaga’amu osoo hin ilaalin guyyoota sana keessa dhiibuu qabda.

6. Ofitti amanamummaa (Self-confidence)
Ofitti amanamummaan yoo warri kaan si hin jaallanne illee akka gaarii ta’u beekuudha.

JIRMA KAAYYOO CHANNEL

22 Oct, 13:56


Ramaddii Barsiisota dippiloomaa bara 2013 scanned

JIRMA KAAYYOO CHANNEL

19 Oct, 19:58


🌹      NBO     🌹
🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆
DISCOUNT GRAND 📖📖📖
🌄  🌄 🌄 🌄 🏅🏅🏅🏅🏅🏅

47th round event

2017/2025 year of success
Boruu galgala sa'aatii 3:00pm irratti.


Leenjii addaa qopheessinee jirra. Irratti hirmaachuu warreen barbaaddan, Username kanaan na dubbisaa!


@Warqeekee tiin na quunnamuu hindagatiinaa

JIRMA KAAYYOO CHANNEL

18 Oct, 09:00


Warreen dhaabbilee adda addaa qarshii isin nyaatee bade, hatnaaf warra gurmaanin warreen hubamtan, carraa kanatti fayyadamaa.


Carraa addaa qabna.

Na quunamaa

@Warqeekee

Ykn

0910104394

Hello jedha!

JIRMA KAAYYOO CHANNEL

17 Oct, 05:55


Baga Gammadan!

Namoonni leenjii #gahumsa_dhuunfaa(personal development)fudhachuuf odeeffannoo argattan,investment(qarshii) keessan mijeeffachaa jirtan baga gammaddan !

Turtiii guyyaa muraasaaf gatiin leenjii #Discount tahee waan jiruuf carraa kana namni hunduu  itti fayyadamu dandetu.

Gatii gadi aanaan kuni kan jalqabu guyyaa har'aa /Roobii (06/02/2017A.L.H) ganama sa'a 2:00 yoo ta'u hanga guyyaa Roobii(13/02/2017A.L.H)tti kan turu ta'uu isaa isin beeksifna!  

Kanaaf ariitiin namoota odeeffannoo isiniif kennan qunnamuun fayyadamaa.
Kanneen odeeffannoo hooma hin qabne garuu leenjii kana fayyadamuu barbaaddan immoo  @Warqeekee ykn 0910104394 tiin na quunnamuu dandeessu

JIRMA KAAYYOO CHANNEL

16 Oct, 11:06


Jireenya keessan jijjiiruuf tarkaanfii saffisaa milkii fudhachuu feetuu?

Kaayyoo sagantaa'e qabduu? Dinagdee Fayyaaleessa ijaaruun, borii kee milkeessuuf hojjechaa jirtaa?


Username kanaan na dubbisaa @Warqeekee ykn 0910104394 tiin na dubbisaa

JIRMA KAAYYOO CHANNEL

14 Oct, 10:35


"Jireenyi akka biskileetii yaabbachuuti. Madaallii kee eeguuf sochii kee itti fufuu qabda." —  Albart Aayinstaayin

JIRMA KAAYYOO CHANNEL

11 Oct, 22:14


Sirna beekkamtii fi badhaasa akka biyyaatti marsaa 6ffaaf kaffaltoota gibiraa amanamoo ta’aniif masaraa biyyaalessaatti gaggeeffameen, #BreakthroughTrading s.c amanamummaadhaan gibira olaanaa kaffaluu isaatiin badhaasa beekamtii Kabajamoo Muummicha Ministeeraa Abiy Ahmad (Dr.) tiin kennameefii jira.
Damee faayinaansii keessatti adda duree kan ta’ee fi waggaa 5ffaa hundeeffama isaa kabajaa kan jiru dhaabbatni #Breakthroughtrading s.c, damee tajaajila isaa babal’isuun alatti hojiilee jireenya lammiilee keenyaa fooyyessuu danda’an itti gaafatammummaa bahachuu irratti argama. 
Dhaabbatni keenya gara fuulduraattis dirqama hawaasummaa ba’achuu isaa kana cimsee kan itti fufu ta’uu isaa mirkaneessa.
Kanuma gidduugaleessa godhaachuun #Muummicha_minister irraa badhaasa #silver argateera.

JIRMA KAAYYOO CHANNEL

11 Oct, 18:57


https://drive.google.com/file/d/1-6u3uF3858d-fhks-Nd6s_9soY0m0Yqz/view?usp=drivesdk

JIRMA KAAYYOO CHANNEL

11 Oct, 17:35


Kitaaba kana meeqan keessantu dubbise? Seenaa gootichaa dubbisa!

JIRMA KAAYYOO CHANNEL

10 Oct, 20:11


ሰበር መረጃ 🎊🎊

በግብር አዳራሽ ለታማኝ ግብር ከፋዮች ከገቢዎች ሚኒስቴር የተሰጠው የእውቅናና የምስጋና ሽልማት መርሐ ግብር ላይ ድርጅታችን ብሬክስሩ የሲልቨር ዋንጫ ሽልማት ተበረከተለት!

ሙሉ ዘገባውን በቀጣይ ቀናቶች እናቀርባለን።

JIRMA KAAYYOO CHANNEL

10 Oct, 19:36


Akkas jedhan Dr Guutuun #ogeessii fi #qorataan damee dinagdee

Kan Caalu Si'achi/The Worest is Yet to Come
            **
H
aalli jireenyaa uummatatti ulfaachaa akka deemu dinagdee keenyaaf kun jalqaba ciniinsuuti; Qaala'iinsaa fi dhiphachuu carraa dinagde biyya keenyaaf kan jedhu waggaa lama hara'aa 'The worest is yet to come/ Kan caaluu si'achi Dhufa' jennaan namootni hedduun na lolani, kanaafuu ammaas dhaga'aa
- Gatiin boba'aa
- Gostni gibiraa
- Maallaqi mootummaan funaanamu
- Biyya kana keessatti nagaan ba'anii galuu fi biizinasii hojjachuun
- Hanqinni invastimantii biyya alaa
- Hanqinni sharafa biyya alaa fi

Kanneen biroo si'achi rakkoo hamaa keessa seenu. Egaa furmaata isaa nan gaafatinaa... Sababiin isaa furmatichi tokkoo fi tokko sana immoo hundinuu in beeka!

'Atis beektaa, Anis beekaa yaa Sanbataa Sooradhu' jedhe namtichi jedhani


Warreen yaada Furmaataafi furtuu gaarii dhimma Milkaa’ina Biizinesii irratti barbaaddan karaa kanaan na quunamaa


@Warqeekee fi 0910104394

JIRMA KAAYYOO CHANNEL

08 Oct, 08:00


https://t.me/coinegg_miner_bot/miniapp?startapp=kBNoWEHfEAAZ53XNApe

CoinEgg, where you can earn money for free! Raise chickens, earn USDT. Come claim your chicken farm now, while supplies last!

Warreen TON bilisaan argachuu barbaaddan, link kanarraa argachuu dandeessu. Start gochuu qofaan sinif kenna.