Salale University @salaleuniversit Channel on Telegram

Salale University

@salaleuniversit


Co-Creating Quality!

Salale University (English)

Are you looking for a platform where you can co-create quality content and engage with like-minded individuals? Look no further than Salale University on Telegram! With the username @salaleuniversit, this channel is dedicated to fostering a community of learners, creators, and thinkers who are passionate about sharing knowledge and ideas

Salale University is not your typical online learning platform. It is a virtual space where individuals from all walks of life come together to collaborate, learn from each other, and inspire one another. Whether you are interested in art, science, technology, literature, or any other subject, you will find a welcoming and supportive community at Salale University

The channel's motto, "Co-Creating Quality!" encapsulates the spirit of collaboration and excellence that defines Salale University. Here, every member is encouraged to contribute their unique insights, expertise, and perspectives to create meaningful and high-quality content. From interactive discussions and workshops to collaborative projects and knowledge-sharing sessions, there is no shortage of opportunities to engage with the community and co-create valuable content

Who is Salale University for? It is for anyone who is eager to learn, grow, and connect with others who share their interests and passions. Whether you are a student, educator, professional, or simply a curious individual looking to expand your horizons, you will find a place at Salale University

What is Salale University? It is a vibrant and dynamic online community where creativity, collaboration, and quality are celebrated. It is a place where you can learn, share, explore, and connect with like-minded individuals who are dedicated to personal and collective growth

Join Salale University today and be a part of a community that is co-creating quality content and shaping the future of online learning and collaboration. Together, we can make a difference and inspire positive change in the world. See you at Salale University!

Salale University

24 Dec, 20:45


Follow and subscribe our you tube channel here: www.youtube.com/@salaleuniversity5385

Salale University

12 Sep, 18:35


https://www.facebook.com/share/p/ct8b2pQrJ1E97t72/?mibextid=oFDknk

Salale University

23 Aug, 16:37


Hawaasni Yuunivarsiitii Salaalee Iddoo garagaraattii Duulan Biqiltuu Dhaaban.
********
Sagantaa Ashaaraa magariisaa Dhaadannoo ‘’ Biyya bu’uuressuu,dhaloota waaressu’’ jedhuun Duulan Guyyaa tokkotti biqiltuu miliyoona dhibba jaha dhaabuuf akka biyyaatti karoorfamee milkeessuuf Hawaasni Yuunivarsiitii Salaaleee Mooraa Yuunivarsiitichaa fi Aanaa Giraar Jaarsoo iddoo Addaa Caagalitti Duulan biqiltuu Dhaabanii jiru.
Sagantaa dhaabbii biqiltuu kana irratti, Pireezidaantiin Yuuniivarsiitii Salaalee Dr. Ganaanoo Goofee, Itti Aanaan Pireezidaantii Dhimma Barnoota fi Qorannoo Dr. Tsaggaayee Dayyuu, Daayireektaronni , Barsiisonnii fi Hojjeettoonni Bulchinsaa Yuunivarsiitii Salaalee argamanii jiru.

Pireezidaantiin Yuunivarsiitii Salaalee Dr. Ganaanoo Goofee Sagantaa dhaabbii biqiltuu kana irratti argamuun yaada kennaniin’’ Yuunivarsiitiin Salaalee waggoottan darban keessaatti iddoo garagaraatti sagantaa Ashaaraa magariisaa akka biyyaatti qabamee socho’amaa ture milkeessuu keessaatti hirmaachuun biqiltuuwwan gosa adda addaa iddoowwan dhaabbii biqiltuuf adda bahanitti dhaabuun sagantaa Ashaaraa maagarisaa milkeessuuf hojjilee heddu hojjechaa turuu himanii jiru. Haaluma kanaan, guyyaa har’aas sagantaa akka biyyooleessaatti guyyaa tokkotti biqiltuu miliyoona 600 dhaabuuf karoorfame keessatti gahee keenya gumaachuuf iddoo garagaraatti biqiltuu gosoota adda addaa hojjeettoota Yuunivarsiitii keenyaa hirmaachisuun dhabamee jira jechuun Dr.Ganaanoon dubbatanii jiru.

Dabalataanis, biqiltuu dhaabuu qofti milkaa’ina akka hin taanee hubannee biqituuwwan yeroo adda addaatti dhaabneef kunuunsa taasisuun murteessaa ta’uu Dr Ganaanoon himaniiru.

የሰላሌ ዩኒቨርስቲ ማህበረሰብ በመተባበር በተለያዩ ቦታዎች ችግኝ ተከላ አካሂደዋል፡፡
*******
“የምትተክል ሀገር ፤የሚያፀና ትውልድ” በሚል መሪ ቃል በአንድ ጀንበር 600 ሚሊዮን ችግኝን የመትከል ፕሮግራም መርሃ ግብር ላይ የሰላሌ ዩኒቨርሲቲ ማህበረሰቡን በማሳተፍ ይህን እቅድ ለማሳካትና የበኩሉን የአረንጓዴ አሻራ ለማኖር በዩኒቨርሲቲው ቅጥር ጊቢ ውስጥና በግራር ጃርሶ ወረዳ ልዩ ቦታ ጫገል ላይ በመገኝት ችግኝ ተከላ አከናውኖዋል።
በችግኝ ተከላ መርሃ ግብሩ ላይ የሰላሌ ዩኒቨርሲቲ ፕሬዝዳንት ዶ/ር. ገናነው ጎፌ ፤ የአካዳሚክና የምርምር ጉዳዮች ምክትል ፕሬዝዳንት ዶክተር ፀጋዬ ደዩ ፤ ዳይሬክተሮች ፤ መምህራንና የአስተዳደር ሰራተኞች ተገኝተዋል ።
የሰላሌ ዩኒቨርሲቲ ፕሬዝዳንት ዶክተር ገናነው ጎፌ በችግኝ ተከላ መርሃ ግብሩ ላይ በሰጡት አስተያየት በአገር አቀፍ ደረጃ የሚከናወነውን አረንጓዴ አሻራ የማኖር አገራዊ እቅድን ለማሳካት የተለያዩ የችግኝ አይነቶችን በማፍላትና በመትከል ዘርፈ ብዙ ስራዎች ሲሰራ መቆየቱ ተናግረዋል። በተመሳሳይም በዛሬው እለት በሀገር አቀፍ ደረጃ በአንድ ጀንበር ስድስት መቶ ሚሊዮን ችግኞችን ለመትከል የተያዘውን ሀገራዊ እቅድ ለማሳካትም የዩኒቨርሲቲያችንን ማህበረሰብ በማሳተፍ የበኩላችንን አስተዋፅኦ አብርክተናል ብለዋል::
በተጨማሪም ችግኝ መትከል ብቻውን ስኬት አለመሆኑን በመረዳት አስፈላጊውን እንክብካቤ ማድረግ አስፈላጊ መሆኑን ፕሬዝዳንቱ አክለው ገልጸዋል፡፡

Salale University

17 Aug, 07:05


Yuunivarsiitiin Salaalee Gamaggama Raawwii Hojii Bara Baajataa 2015 fi karoora Bara 2016 irratti mar’ate.
፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡
Yuunivarsiitiin Salaalee Gamaggama Raawwii Hojii Bara baajataa 2015 fi karoora Bara 2016 bakka miseensonni Kaawunsilii Yuunivarsiitichaa argamanitti gaggeessee jira.
Waltajjiin gamaggamaa kun Itti Aanaa Pireesdaantii Dhimma Barnootaa Dr.Tsaggaayee Dayyuu fi Itti Aanaa Pireesdaantii Bulchiinsaafi Dhimma Barattootaa Obbo Addunyaa Makonnin kan durfame yoo ta’u,Daayrektarri Daayrektoreetii Qophii Karooraa,Hordoffiifi Gamaggamaa Yuunivarsiitichaa Obbo Xibabuu Taaddasaa gabaasa raawwii hojii kurmaana afraffaa fi karoora bara 2016 bal’inaan miseensota Kaawunsilii Yuunivarsiitichaaf dhiyeessanii jiru.Obbo Xibabuun yeroo gabaasicha dhiyeessanitti akka ibsanitti; hojiileen gama Baruu fi barsiisuu, qorannoo fi qo’annoo, tajaajila hawaasaa akkasumas akka waliigalaatti gama Akkaadamiikii fi Bulchiinsa Yuunivarsiitichaatiin hojjetamaa turan jajjabeessaa ta’uu ibsanii jiru.Raawwiin karoora hojii waggaa parsantiidhaan yoo ibsamu 84% ta’uus ibsaniiru.
Hirmaattonni waltajjichaas gabaasa raawwii hojii dhihaate gadi fageenyaan gamaggamuun, dhimmoota gabaasicha gabbisuu danda’anii fi iddoowwan xiyyeeffannoodhaan irratti hojjetamuu qaban ilaalchisuun yaadotaa fi gaaffilee adda addaa kaasaniiru. Gaaffilee Miseensota Kaawunsilii Yuunivarsiitichaarraa ka’anirrattis qaamolee dhimmi ilaallatuu fi Hoggantoota olaanoo Yuunivarsiitichaa waltajjii kanarratti argamaniin deebiin itti kennamee jira.
Dhumarrattis, Itti Aanaa Pireesdaantii Dhimma Barnootaa Dr.Tsaggaayee Dayyuu, dhimmoota waliigalaa waltajjicharratti ka’an tokkoon tokkoon hawaasa Yuunivarsiitichaa biratti ajandaa waloo godhatamee xiyyeeffannoo addaatiin irratti hojjetamuu akka qabu hubachiisuun waltajjicha goolabanii jiru.

ሰላሌ ዩኒቨርሲቲ የ2015 አመታዊ ዕቅድ አፈፃፀም ሪፖርት ግምገማና የ2016 በጀት አመት ዕቅድ ላይ ውይይት አካሄደ::
፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡፡
ሰላሌ ዩኒቨርሲቲ የ2015 አመታዊ ዕቅድ አፈፃፀም ግምገና የ2016 ዕቅድ ላይ የዩኒቨርሲቲዉ ካዉንስል አባላት በተገኙበት አካሂዷል። የግምገማ መድረኩም በዩኒቨርሲቲዉ አካዳሚክ ጉዳዮች ምክትል ፕሬዝደንት ዶ/ር ፀጋዬ ደዩ እና የአስተዳደርና ተማሪዎች ጉዳይ ም/ፕሬዝደንት አቶ አዱኛ መኮንን የተመራ ሲሆን የዩኒቨርሲቲው እቅድ ዝግጅት፣ ክትትልና ግምገማ ዳይሬክቶሬት ዳይሬክተር አቶ ጥበቡ ታደሰ የበጀት ዓመቱን የአፈፃፀም ሪፖርትና የ2016 በጀት አመት እቅድን በዝርዝር ለዩኒቨርሲቲዉ ካዉንስል አቅርበዋል፡፡ አቶ ጥበቡ የዩኒቨርሲቲውን ዕቅድ አፈጻጸም ባቀረቡበት ወቅት እንደገለፁትም፤በመማርና ማስተማር፣ ጥናትና ምርምር ፣በማህበረሰብ አገልግሎት እንዲሁም አጠቃላይ በአካዳሚክ እና በአስተዳደር ሰራዎች ላይ አበረታች ውጤት ማስመዝገቡን በሪፖርቱ ውስጥ የተገለጸ ሲሆን ሀገራዊ የዋጋ ግሽበቱን ተከትሎ ያጋጠመው የበጀት እጥረትም እንደዋና ተግዳሮት ተጠቅሷል፡፡ የዓመቱ የስራ እቅድ አፈፃፀምም በፐርሰንት ሲገለጽ 84% መሆኑ ተገልጿል፡፡
የካዉንስል አባላቱም በእያንዳንዱ የስራ ክፍል ያለዉን አፈፃፀምና በ2016 በጀት አመት እቅድን በጥልቀት በመገምገም ረፖርቱንና እቅዱን የሚያጠናክሩና በትኩረት ሲሰራባቸው የሚገቡ ጉዳዮች ላይ አስተያየትና ጥያቄዎችን አንስተዋል። በካዉንስል አባላቱ ለተነሱ ጥያቄዎች በሚመለከታቸዉ የስራ ሃላፊዎች እና በመድረኩ በተገኙ ዩኒቨርሲቲዉ ከፍተኛ አመራሮች ምላሽ ተሰጥቶበታል።

በመጨረሻም የዩኒቨርሲቲዉ አካዳሚክ ጉዳዮች ምክትል ፕሬዝደንት ዶ/ር ፀጋዬ ደዩ አጠቃላይ በመድረኩ ላይ የተነሱ ጉዳዮች በእያንዳንዱ የስራ ክፍል የሚገኙ የዩኒቨርሲቲዉ ማህበረሰብ የጋራ ጉዳይ በማድረግ በልዩ ትኩረት ሊሰራበት እንደሚገባ በማሳሰብ የግምገማ መድረኩ ተጠናቋል።

የሰላሌ ዩኒቨርሲቲ የህዝብና ውጭ ግንኙነት ዳይሬክቶሬት