#Exit_Exam
Dhaabbilee Barnoota olaanoo dhuunfaa kaffaltii isaanii kaffalaniif Bu'aan qormaata bahumsaa har'a gadhiifameera
Dhaabbileen barnoota olaanoo dhuunfaa qormaata bahumsaa walakkeessaa kan Amajjii bara 2017 barattoota isaanii fudhataniif qabxiin isaanii osoo hin gadhiifamiin turuun isaa ni yaadatama,
Yeroo jalqabaatiif qormaata bahumsaa kan fudhatan barattoonni dhaabbilee barnoota olaanoo dhuunfaa kaffaltii isaanii osoo hin kaffaliin turuu isaaniitiin qabxiin isaanii osoo hin gadhiifamiin tureera.
Dhaabbileen kunneen kaffaltii isaanii raawwachuu isaaniitiin har'a bu'aa qormaata bahumsaa isaaniif gadhiifamuu isaa ibsameera.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Channel keessan share join gochu hin dagaatinaa.
@Mediashow43