New Generation University college @ngucofficial Channel on Telegram

New Generation University college

@ngucofficial


New Generation University college (English)

Are you looking for a place to enhance your academic skills and prepare for a successful future? Look no further than the New Generation University college! As the name suggests, we are a forward-thinking institution dedicated to nurturing the next generation of leaders, innovators, and thinkers

New Generation University college, also known as @ngucofficial on Telegram, offers a wide range of programs and courses designed to equip students with the knowledge and skills needed to excel in today's competitive job market. Whether you're interested in business, technology, healthcare, or any other field, we have something for everyone.

Our experienced faculty members are committed to providing high-quality education that is both engaging and relevant to the real world. With a focus on practical learning and hands-on experience, our students graduate with the confidence and expertise to tackle any challenge that comes their way.

But we're more than just a college - we're a community. At New Generation University college, you'll have the opportunity to meet like-minded individuals, network with industry professionals, and participate in exciting events and activities. Our goal is to not only educate our students but also to inspire and empower them to make a positive impact on the world.

So, if you're ready to take the next step towards a bright and promising future, join us at New Generation University college today! Follow us on @ngucofficial on Telegram for the latest updates, news, and resources to help you on your educational journey. Together, we can shape the future of tomorrow's leaders.

New Generation University college

13 Jan, 16:47


The graduating class of BSc Nursing students celebrated Sanitation Day at NGUC Nekemte Campus.
The event aimed to raise awareness about the importance of sanitation and hygiene in promoting public health.
We encourage everyone to take proactive steps in maintaining cleanliness and ensuring a healthier environment for all.
Thank you for your participation and support!

New Generation University college

10 Jan, 15:47


These are our BSc Nursing students currently practicing at Nekemte Comprehensive Specialized Hospital.
We would like to express our gratitude to the hospital staff for their support and collaboration. Such efforts will strengthen our relationship with NCSH.
Keep up the great work!

New Generation University college

10 Jan, 15:35


Barattoota Bsc Narsii shaakala xumurtanii jirtaniif.
Guyyaa qulqullinaa mooraa keenyatti kabajuuf guyyaa fi sa'a akka armaan gadiitti beellamannee jirra.
Kanaaf guyyaa jedhame kana akkuma barattoota bara darbee sanatti gaawonii keessan uffachuun guyyaa jedhame kanatti akka nuuf argamtan kabajaan isin gaafanna.
Ajejamuun hunda dursa, fedhii irratti kan hundaa'ee ta'uu isin beeksisna.

New Generation University college

08 Jan, 07:30


Guyyaa 30/04/2017
Beeksisa

Barattoota 'Bsc Nurse' eebbifamtanii
jirtaniif.
Dhimmi isaa; Qormaata moodelii ilaallata.
Akkuma beekamu kana dura gaafa guyyaa 05/05/2017 jedhamee kan ture qormaata 'Final' barattoota waggaa 1_4ffaa jiran irra waan ooleef gaafa guyyaa 13/5/2017 ganama sa'a 2:30tti kan darbe tahuu isaa isin beeksisna.
———————————————
Notice for Bsc Nurse graduated students

Subject: Rescheduling of Model Exam for BSc Nursing Students

We would like to inform you that the model exam originally scheduled for 5/5/2017, for graduated BSc Nursing students will be rescheduled.
This change is necessary as the original date overlaps with the students' final exams.
The new date for the model exam will be 13/5/2017, at 2:30 local time.

we wish you all the best in your preparations.

Bsc Nursing department

New Generation University college

02 Jan, 08:39


Guyyaa 24/4/2017
Beeksisa barattoota shaakalaaf hospitaalatti ergamtanii jirtaniif.

Akkuma beekamu maqaan keessan hospitaalota isin filattanitti ergamuun walii galtee raawwachuun keenya beekamaadha, hata'u malee barattootni baayyeen ammayyuu hanga hardhaatti bakka itti ramadaman deemuu diduun shaakala hin eegaliin jiru.

Kanuma irraa ka'uun barattoota bakka shaakala isaanitti hanga bor (26/4/2017) tti bakka itti ramadaman hingeenye duubatti deebisuun barattoota duuba keessan jiran kan waggaa 3ffaa faana ganna dhufu akka baatan bulchiinsi dhaabbata keenyaa hospitaalota waliin tahuun murteessee jira.

Kanaaf barataa kamiiniyyuu torbee lama booda kan hinsimanne tahuu keenya hospitaalota faana walii gallee jirra.
Rakkoo kanaan wal qabatu kamiinuu kan hinkeessummeessine tahuu isin beeksisna

Bulchiinsa KYNJ

New Generation University college

01 Jan, 18:25


Guyyaa: 23/5/2017
Beeksisa barattoota shaakala xumurtanii dhuftanii jirtaniif
Akkuma beekamu shaakalaa deebi’uun pirojrktii ‘CBTP’ faccisa dhiheessuun xumuruun keessan beekamaadha. Hata’u malee kan ‘TTP’ Waan hafuuf guyyaa gaafa 15/5/2017 sa’a 2:00 eegalee faccisa waan dhiheessitaniif ‘gorsitoota keessan (Advisor) keessan akkaatuma kanaan duratti qunnamuun daftanii akka xumurtan isin beeksisna.
Dabalataan akkuma kanaan dura isin beeksisnetti, akkuma faccisa kanaa xumurtanitti qorannoo (Research) ittiin eebbifamtan akka eegaltan beekamaadha, kanaaf torbee lama gidduutti nama shan shaniin gurmaa’uun mata duree (titile) qorannoo keessaniif tahu sadi sadii ammuma kaastanii akka qopheeffattan irra deebiin isin beeksisna.
Hubachiisa: Shan shaniin akkuma walitti siqxanitti gurmaa’uu kan dandeessan ta’uu isin beeksisna.
————————————————————————————————————————Notice
We are pleased to inform you that you successfully defended your CBTP project, as you move forward, it is essential to complete your TTP project in a timely manner.
TTP Project Defense Details:
• Date: 15/5/2017
• Time: 2:00 AM local time
Please ensure that you reach out to your advisor for guidance and support as you finalize your project.
Additionally, as part of your graduation requirements, you will need to submit your final research title. To facilitate this, please form groups of five members and select three titles after your TTP project defense.
BSC Nursing department

New Generation University college

31 Dec, 16:19


Guyyaa 22/04/2017
Beeksisa yeroo 3ffaaf
Barattoota shaakalaaf hospitaala Giimbiitti ramadamtanii turtaniif.
Akkuma beekamu kana dura yeroo lamaaf beeksisa baasnee isin waamnus dhufuu diduun keessan beekamaadha.
Kanuma irraa ka’uun yeroo xumuraaf bor (23/4/2017) sa’a 4:00tti lakkoofsa 23tti qaamaan argamuun gabaasa gochuun ‘orientation’ fudhachuun projektii keessan akka hojjettan kabajaan isin beeksisna.
Ammas boris yoo argamuu dadhabdan shaakala yeroo xumurtan projektii kana kan hojjettan ta’a. Kana jechuun barattoota yeroo ammaa kana waggaa 3ffaa xumuraa jiran duukaa kan xumurtan ta’uu bulchiinsi murteessee jira.
Bulchiinsa KYNJ, Naqamtee

New Generation University college

30 Dec, 16:22


Barattoota shaakalaaf Hospitaala Giimbii isin gahee tureef, akka gara Naqamteetti deebitanii project xumurtan isin beeksisuun keenya niiyaadatama. Kanuma irraa ka'uun barsiisaan project kana isin hojjechiisu isiniif ramadamee waan jiruu guyyaa borii (22/4/2017) sa'a 4:30 irratt isin haasofsiisuu waan barbaadnuuf mooraa keessatti akka argamtan kabajaan isin beeksisna.

New Generation University college

30 Dec, 16:19


Guyyaa 21/4/2017
Beeksisa Bsc Narsiingii kan shaakala hospitaalaa xumurtanii dhuftaniif.
Dhimmi isaa: Sagantaa faccisaa kan ‘CBTP’ isin beeksisuu ta’a
Akkuma beekamu guyyaa ‘CBTP’ faccisa dhiheessitan isin beeksisuun keenya niibeekama, kanuma irraa ka’uun guyyaan faccisa ‘CBTP’ keessanii bor sa’a 2:00 eegalee akka armaan gadiitti kan hojii irra oolu ta’uu isaa isin beeksisaa, sa’a jedhameef kutaa itti ramadamtanitti akka yeroon argamtan kabajaan isin beeksisna.
Hubachiisa: Waraqaa ‘Project’ keessanii koppii isaa lama lama harkatti qabattanii dhufuu akka hindaganne isin beeksisna..
Faccisa gaarii siniif hawwina
Muummee BSC Narsiingii
-------------------------------------------------------------------------------------------------------------------
Notice: CBTP Presentation Schedule for Bsc Nursing students
We would like to remind you of the upcoming presentation dates as previously communicated. Below is the schedule detailing the date, time, and room assignments for your presentations.
Additionally, please remember to bring two hard copies of your project for submission.
Thank you and we wish you the best of luck with your presentations!
BSC Nursing department head

New Generation University college

27 Dec, 17:22


Barattoota keenya Bsc Narsii shaakalaaf hospitaalaa K.Ispeeshaalaayizdii Naqamtee jiran, yeroo turtii isaanii torbee jalqabaa irratti 'Seminar presentation' yeroo dhiheessan.
-------------------------------------

New Generation University college

26 Dec, 06:56


Barattoota Hospitaala Arjootti ramadaman keessaa barataan 16 hanga ammaatti hospitaala kana hingahiin jiru.
Wiixata (21/4/2017) eegalee barataa kamuu akka hinsimanne hospitaalichi beeksisee jira.
Akkaataa fedhii keessaniin takkaa ramaddii fudhattanii waan jirtaniif fedhii keessan eeguuf seemisteera tokko eeguun dirqama ta'a.
Kanaaf rakkoon akkasii utuu isin hinmudatiin guyyaa lama gidduutti hospitaalicha geessanii gabaasa akka gootan isin beeksisna

New Generation University college

21 Dec, 17:26


Guyyaa 12/04/2017
Beeksisa barattoota Bsc Narsii dhaan eebbifamtanii qormaata bahiinsaaf qophiitti jirtaniif
Dhimmi isaa: Guyyaa ‘Model exam’ isin beeksisuu ta’a
Akkuma beekamu akkaataa ministeerri barnootaa Itoophiyaa baaseen qormaata bahinsaa dura ‘Comprehensive exam’ fi ‘model exam’ akka qoramuu qabdan beekamaadha. Kanaan dura qormaata ‘Compreheensive qoramuun keessan beekamaadha kanaaf kan isin hafe ‘Model exam’ waan taheef guyyaa gaafa 05/05/2017tti sa’a 4:00 irratti waan taheef akka of qopheessitan kabajaan isin beeksisna.
Muummee Bsc Narsiingii

Notice to BSc Nursing graduated Students
This is to inform you that you have successfully completed your comprehensive exam as required by the Ministry of Education. However, you still need to take the model exam before you can sit for the exit exam.
We are currently preparing to administer the model exam, which is scheduled for 05/05/2017, at 4:00 local time. The exam will take place at New Generation University College in your assigned classroom.
Please ensure your attendance, as completing both exams is mandatory according to the Ministry of Education of Ethiopia.
Thank you for your attention.
Best regards,
BSc Nursing Department

New Generation University college

16 Dec, 17:15


Guyyaa 07/04/2017
Barattoota waggaa 4ffaa shaakala hospitaalaa xumurtanii jirtaniif.

Akkuma beekamu beeksisa guyyaa 19/03/2017 baasnee turreen guyyaa gaafa 15/04/2017 xalayyaa hospitaalli turtanii kan 'Grade' hunda keessanii bakka tokkotti qabatee jiru karaa bakka bu'aa keessaniin isiniif kennu qabattanii akka dhuftan jennee isin beeksisuun keenya nii yaadatama.
Akkasumas guyyaan itti gabaasni (Report) kan ‘CBTP’ itti dhihaatus gaafa 22/04/2017 ta’uu isin beeksisne turuun keenya nii yaadatama, kanaaf guyyaan jedhame kun kan hinjijjiiramne ta'uu isin beeksisaa, Guyyaa jedhame kana barataan hin argamne qabxiin CBTP kan hin hojjetamneef ta’uu gamanumaan isin beeksisaa maqaa barattoota qormaata bahiinsaa dhuma waggaa kanaatti fudhatan keessaas kan haqamu ta'uun barattoota duuba isaa jiran faana akka xumura kan taasifamu ta'uu isin beeksisna.
Kanaaf guyyaa jedhame kana dursitanii akka argamtan cimsinee isin beeksisna.

Muummee Bsc Narsiingii,KYNJ Damee Naqamtee

New Generation University college

28 Nov, 18:00


Date 19/03/2017
Notice to 4th Year B.Sc. Nursing Students Practicing at Various Hospitals

Subject: End Date of Hospital Attachment

Dear Students,

We would like to remind you that your hospital attachment, which has been ongoing for the past five months, will conclude on 30/3/2017.
We kindly ask that you ensure a smooth transition as you prepare to leave your respective hospitals, allowing the next group of students to take your place.

Following the completion of your attachment on the specified date, you will have a two-week break for rest and reflection.
Please make sure to report back to your department on 15/3/2017, with a letter that includes your grade report from the hospital.

Additionally, please note that your report for the Clinical Based Training Program (CBTP) is due on 22/03/2017.

Lastly, we encourage you to begin preparing your research topics and TTP projects in anticipation of graduation.

Best regards,
NGUC Bsc Nursing Department,
Nekemte Campus

New Generation University college

28 Nov, 17:23


Guyyaa 19/03/2017
Barattoota waggaa 4ffaa shaakala hospitaalaa xumurtanii jirtaniif
Dhimmi isaa: Xumurra shaakalaa fi guyyaa deebitan isin beeksisuu ta’a.
Barattootni keenya hospitaala garagaraa irra shaakalaaf hospitaalatti ramadamtanii jiraachuun keessan beekamaadha. Hata’uu ji’a shan shaakala keessanii gaafa 30/3/2017 akka xumuramu beekamaadha.
Kanaaf barattootni hundi keessan bakka jirtanitti dhaloota isin duubaan shaakalaaf dhufaa jiruuf jecha akkasumas maqaa gaarii dhaabbata keenyaa eeguuf jecha hospitaalota keessa turtan amala gaariin hojjettoota hospitaalichaa faana walii galuun guyyaa gaafa 30/03/2017 shaakala keessan xumura akka itti gootan isin beeksisna.
Kanuma irraa ka’uu erga shaakala keessan gaafa 30/03/2017 xumurtanii booda torbee lamaaf boqonnaa taasistanii guyyaa gaafa 15/04/2017 kan deebitan ta’a yeroo deebitanis xalayyaa hospitaalli keessan poostaan samse (Ashagee) isinitti laatu qabachuun muummee Bsc Narsiingii lakkoofsa 23tti akka gabaasa gootan kabajaan isin beeksisna.
Xalayyaa ‘Grade’ keessan qabu utuu hinqabatiin akka hindhufne cimsinee isin beeksisaa, guyyaan itti gabaasni (Report) kan ‘CBTP’ itti dhihaatu gaafa 22/04/2017 ta’uu cimsinee isin beeksisna.
Guyyaa jedhame kana barataa hin argamne qabxiin CBTP kan hin hojjetamneef ta’uu gamanumaan isin beeksisuu barabaadna.
Xumura irratti guyyaan itti ‘TTP’ hojjettanii fi mata duree ‘Research’ itti galshitan kan isin beeksifamu ta’a.
Kanaaf ammumaa kaasuun garee nama shan shaniin mata duree sadi sadii qopheeffachuun akka qophooftanii teessan isiniif dhaamna.
Muummee Bsc Narsiingii,KYNJ Damee Naqamtee

New Generation University college

28 Nov, 16:41


Osoo dhibeen hin qabamiin dura qulqullina naannoo keenyaa haa eganu, jechuun Baratootni keenya NGUC BSC nursing kan hospitaala waliigalaa Gimbiitti shaakala irra jiran qulqullina naannoo hojjettoota hospitaalichaa faana taasisan.

New Generation University college

14 Nov, 16:48


Barattoota Bsc Narsii eebbifamtanii jirtaniif.
Qormaata bahiinsaa eegaa jiraachuun keessan beekamaadha.
Kanaaf qormaata 'Comprehensive Exam' qoramuun dirqama waan taheef guyyaa jedhametti akka of qopheessitan kabajaan isin beeksisna.

New Generation University college

13 Nov, 09:48


Baratoota Bsc Narsii yuunivarsiitii New jenereeshinii kan Shaakala Goodina wallagga lixaatti Hospitaala Ganjiitti bahaniin qulqullinni nannoo fi moora keessaa yeroo gegessan.

New Generation University college

12 Nov, 16:00


Guyyaa 03/03/2017
Beeksisa barattoota Bsc Nursing waggaa 4ffaaf, kanneen shaakala ba'uuf jettaniif.
Akkuma beekamu dhimma NG Grade/Incomplete waliin walqabatee gaaffiin adda addaa ka'uun isaa beekamaadha, hata'u malee dhimma kanaan wal walqabatee barattoota hunda rejistraarri fi faayinaansiin qulqulleessanii jiru.
Kanaaf guyyaa boriidhaa egallee hanga gaafa Sanbata duraa/Qidaameetti maqaa barattootaa gosa barnoota irraa rakkina qabdan faana kan maxxansinu ta'a.
Rakkoo kanaa wajjin wal qabatanis furuuf sagantaa baasnee kan isin keessummeessinu ta'a.
Kanaaf barataan kamuu koorsii hin qabne hanga nuti maxxansinutti callistanii 'Add/Drop' akka hinguunne isin beeksisaa, Hanga guyyaa jedhameetti obsaan akka nu eegdan kabajaan isin beeksisna.

Hoogganaa Muummee Bsc Narsiingii
--------------------------------------------------------
Notice for 4th year Nursing
We want to let you know that the list of students who have NG/Incomplete grade has been checked and approved by the Registrar and Finance departments.
We will finish this by Saturday (06/03/2017)

So, please do not fill out the Add/Drop form for any courses where you have NG/Incomplete until we give you more information.

We will keep you updated about any issues with grades or finances.
Thank you,
Head of BSc Nursing Department

New Generation University college

04 Nov, 13:03


Bulchiinsa KYNJ irraa

New Generation University college

30 Oct, 17:00


20/2/2017 Barattoni Shakalaaf Hospitaala Aayiraati bahaan
Mataa duree dhibee sababaa qulqullinaa dhabuun dhufuu yaaluu irraa qulqullina naannoo Eeguun dhukkubaa haa ittisnuu jedhuu qabachuun
shakalaan cinaatti duula naannoo qulqulleesuun wantoota balfaa ta'an kasuu fi kan gubaatan gubuun fakkenyumaa ogeessa fayyaa bahaataniruu!

New Generation University college

10 Oct, 13:24


Sagantaa barnootaa kan Bsc Narsiingii waggaa 4ffaa kan fooyya'e.

New Generation University college

08 Oct, 11:43


Barattootni keenya Bsc Nurse kan Hospitaalatti shaakala ba'uuf jechaa jirtan, unka lakkoofsa 23 fudhachuun bor irraa eegaluun guyyaa sadii gidduutti akka xumurtan kabajaan isin gaafanna.

New Generation University college

03 Oct, 13:15


Sagantaa barattootaa waggaa 4ffaa amma 'Block' gaafa 28/01/2017 warra eegalaniif.
Barataan sagantaa barnootaa guyyaa tokko hafe 'Final Exam' irra hintaa'u.
Barnoota kana utuu hinfixiin immoo shaakala hinba'u, kana jechuun duubatte deebi'ee barattoota waggaa 3ffaa irra jiran dirqama akka eegu ta'a.
Kanaaf utuu daree barnootaa irraa hinhaftan ta'ee baayyee gaariidha.
Sagantaan barnootaa kun kan ji'a Onkoloolessaa qofa dha. Kan ji'a sadaasaa erga isa kan xumurtanii isiniif ba'a.
Ji'a jalqabaa
Section B_I 👉History
Section J_P👉Inclusiveness baratanii erga xumurtanii ji'a itti aanutti immoo
Section B_I 👉 Inclusiveness
Section J_P👉History barattanii xumurtu.
Sanabooda shaakala.
Galatoomaa