Ballee basee barraretan
Afuura kee waraabbadha
Moorma keetti marametan
Silaa
Onnee kee na feetutti
Dhaamsa koo bobbafadhe
Gammachun sirraa dhalaa
Yaddoo koo obbaafadhe
Maaf ?
Abjuu kan koon gafaan cisuu
Sagalee keen na wawamta
Qilleensarran natti hasoofte
Qalbii kan koo na sasamta ?
✍️ Zelalem 💐 ❤️
https://t.me/MiraaJalalewwani