Madrasaa xiqqaa @markazuttawbaa Channel on Telegram

Madrasaa xiqqaa

@markazuttawbaa


Barnotaa hurufaa

Madrasaa xiqqaa (Amharic)

ማድራሳ ክባኑን ማንኛው ነው? ይህን ማወቅ እንዴት እንደሚገባ ተወኝተን እና እያስፈልግ ነው? ማድራሳ ክባኑ ማለት ነው የማይረሳህ ፊት ነው። አሁን በጣም አብዛኞቹ በህግ ላይ የተገኘውን በማንኛውም ቋንቋ ማሳተፍ እንችላለን። "Madrasaa xiqqaa" በተጨማሪ የሚሳድድበት ቦታ ለቀቀላት የማይገንዘቡ ትምህርት መለዋወጫ ላላቸው ባለማንሳት በሚሳየው ስነልቦና ላይ ተቆንላ። ማለት ከዚህ በታች በዩኒቸን ከተደረገ! ተጨማሪ ቦታ በሕይወታዊ ምክንያት በሚሰራበት ቦታ ይሆናል።

Madrasaa xiqqaa

11 Nov, 17:53


urjiwwan markazaa khalid ibnu wolid🥰

Madrasaa xiqqaa

11 Nov, 17:50


#AL IDGAAM

#Idigammun naaqis bigunna

Famay__ya'mal فَمَن يَعْمَلْ 👈🏽 فَمَي يَعْمَلْ

miw__waliyyin. مَن وَلِىٍّ👈🏽 مِو وَلِىٍّ

#idgamun kamil bigunna

Mim_mmali. مِن مَالِ. 👈🏽 مِمَّالِ

wolan_nushrika
وَلَن نٌّشْرِكَ 👈🏽وَلَنُّشْرِكَ.

#idgam bilagunna aw idgaam bigayri gunna

Mir_rabbika. مِن رَّبِّكَ 👈🏽 مِرَّبِّكَ

mil_ladun hu. مِن لَّدُنْهُ👈🏽 مِلَّدُنْهُ

#Markazaa Khalid Ibnu Wolid jiddu gala barnota

Madrasaa xiqqaa

19 Oct, 09:10


مَخَارِجُ الحُروفِ سَبْعَةَ عَشَرْ
عَلَى الْذِي يَخْتَارُهُ مَنِ اخْتَبَرْ
فَأَلِفُ الجَوُفِ وأُخْتَاهَا وَهى
حُرُوفُ مَدٍّ للْـهَوَاءِ تَنْتَهـي
ثُمَّ لأَقْصَى الحَلْقِ هَمْزٌ هَاءُ
ثُمَّ لِـوَسْطِـهِ فَعَـيْنٌ حَـاءُ
أَدْنَـاهُ غَيْنٌ خَاؤُهَا والْقَـافُ
أَقْصَى اللِّسَانِ فَوْقُ ثُمَّ الْكَافُ
أَسْفَلُ وَالوَسْطُ فَجِيمُ الشِّينُ يـَا
وَالضَّادُ مِنْ خَافَتِهِ إِذْ وَلِيَــا
اَلأضْرَاسَ مِنْ أَيْسَرَ أَوْ يُمْنَاهَا
وَالـلاَّمُ أَدْنـَاهَا لمُنْتَهَاهــَا
وَالنُّونُ مِنْ طَرَفِهِ تَحْتُ اجْعَلُوا
وَالرَّا يُدَانِيهِ لِظَهْرٍ أَدْخــَلُوا
وَالطَّاءُ وَالدَّالُ وَتَا مِنْـهُ وَمِنْ
عُلْيَا الثَّنَايَا والصَّفِيرُ مُسْتـَكِنْ
مِنْهُ وَمِنْ فَوْقِ الثَّنَايَا السُّفْلَـى
وَالظـَّاءُ وَالذَّالُ وَثَا لِلْعُلْيــَا
مِنْ طَرْفَيْهِما وَمِنْ بَطْنِ الشَّفَهْ
فَالْفَا مَعَ اطْرافِ الثَّنَايَا المُشْرِفَهْ
للشَّـفَتَيْنِ الْـوَاوُ بَـاءٌ مِيـمُ
وَغُنَّـةٌ مَخْرَجُهـَا الخَيْشـُومُ

Madrasaa xiqqaa

02 Oct, 16:30


We're talking about ♻️GARE ♻️QUR ANAFI♻️ HURUFAA RIYADATULLISANIYYA ♻️AHKAAMA TAJWIDA❗️. Click the link to join us! https://s.imoim.net/decqHz?from=copy_link

Madrasaa xiqqaa

30 Sep, 19:23


Wallaahi Dubbisi sifayyadaa """
""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""""
Innaa lillaahi wa'innaa Ilehi Raaji'uun
::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::

Namni du'e jalqaba yeroo qabrii keessatti Rabbiin lubbuu isatti deebisu akka du'e if hin beeku

Essaan jirajedhee if laala yeroo uffata isaa laalu uffanni isaa kan inni dur beeku hin jiru

Akkas jechuun of gaafata eessa jira shamiziin koo eessa jira tichertiin koo

Amma bakka kophaas akka jiru yaadatee gandi kun hedduu isa yaachisee akkas jedhee nama gaafa duniyaarra jiru isatti dhiheenya qaban waama

Yaa fulani
Yaa fulaan
Yaa abalu
Yaa abalu
Jedhee warra dunuyatti isa cinaa dhaabbatee waahunaddarratti isa jajjabeessaa ture hunda maqaa isaanii hunda erga waamee booda namni tokko akka isatti hin dhufne erga hubatee booda gandi kun ganda qabrii jedhamu san ta'uu hubatee
Gama rabbii isaa deebi'ee Yaa Rabbi Yaa Rabbi jechuu eegala

Acchi booda yoo inni duniyaaratti nama gaarii dalagaa ture ta'e Malaa'ikaan lama isatti dhufanii
Waa sadi 3isa gaafatan

1️⃣Rabbiin kee eenyu ?
2️⃣Nabbiin kee eenyu ?
3️⃣Diin kee maali ?

Yoo sadeen kana deebise isa gammachiisanii mana isaa kan jannata keessaa isa gar siisanii akkas isaan jedhan osoo ati nama gaarii dalagatu ta'uu baattee manni kee kana jedhanii ibidda jahaannam keessaa isa gar siisan yeroo kana nijedha yaarabbi qiyaamaa anmumma taasisi

Yoo nama gaafii san sadeen deebisuu hin dandeenye taate isa dhawan burusha hadiidaatiin ammas lubbuu isatti deebisan iyyeensa inni iyyu namaa fi jinnii malee uumamni hundi nidhageha hulaa jannataa bananii mana isaa kan inni osoo gaarii dalagatee seenu isatti mul'isan nigammada manni kee kana jedhanii hulaa jahannam isaaf bana akkana jedha Yaa Rabbi qiyaamaa narratti hin taasisin jedhee rabbi kadhata !!!!!

Yoo dubbiftee xumurte Ergamaa Rabbii nabi MuhammadS A WIrratti salawaata buusi

Yaarabbi nama dubbisee


#SHARE godhe hunda deebii qabrii keessaa isa afaan kaahi.

Madrasaa xiqqaa

29 Sep, 05:35


❓️ Gaaffii 1ffaa

1👉✡️kurnan Malaaykoota fi Dalagaa isaanii yammuu ilaallu.☪️

👉1=Malaykaan Jibriil➡️Barsiisa nabiyyotaa 25ti.🚹
☪️Nabiyyoota 25 nanis barachuun dirgamaa.
01.Adam 02.idriis 03.Nuh 04.Hud
05.Salih 06.Ibrahim) 07.Lut 08.Ismail
09.Ishaq 10.Yaqub 11.Yusuf 12. Ayyub
13.Shuaib 14.Musa 15.Harun 16.Dhul-Kifl
17.Dawud 18.Sulaiman 19. Ilyas 20.A-Yasa'ii
21.Yunus 22.Zakariyah 23.Yahyaa 24.Isa
25.Muhammad, the last prophet & seal of prophets.

02👉Malaykaan Mikka'il➡️kan rooba roobsa.💭
03👉Malaykaan lsraafil➡️kan garrii(Xurumbaa) afuufa.🛂
04👉Malakut mowti➡️kan ruuhii fuudha.⛔️🚷
05👉Raqiib ➡️Ceeku mirga namaa irra taa'a.⚠️
06👉Atiid➡️Ceeku bitaa namaa irra taa'a.⚠️
07👉Naakiir➡️Qabriitti gaaffii nama gaafata.⁉️
08👉 Munkar➡️Qabriitti gaaffii nama gaafata.⁉️
09👉Maalik ➡️Hulaa Azaabaa eega.🚯
10👉Ridwaan ➡️Hulaa Jannataa eega.🛃

Kanaaf maleykonni qabriitti nama gaafatanuufi Ceeku bitaaf mirga namaa irra taa'an lama,lama godhamuun maaliif barbaachise⁉️

❓️Gaaffii 2ffaa

2👉Nabi Muhammad (S.A.W) gaafa samii bahe anbiyooita inni qunname keessaa
Fknf👉 Samii duraa 1ffaa irratti Abbaa keenya Aadam (A.S) qunname.
👉> Samii lammaffaa Nabi Iisaa fii Yahyaa (A.S) qunname.
👉>Samii sadaffaa Nabi Yuusuf (A.S) qunname.
👉>Samii afraffaa Nabi Idriis (A.S) qunname.
👉>Samii shanaffaa Nabi Haaruun (A.S) qunname.
👉>Samii jahaffaa Nabi Muusaa (A.S) qunname.
👉>Samii torbaffaa Nabi Ibraahiim (A.S) qunname.
Jedhan Nabi Muhammad (S.A.W) kanaaf Anbiyootni hafan (17) immo essa jiru?


👉#lddoon Dogongora Qabuttis Obboleeysa
koo na sirreessuu ni dandeessu.!

Madrasaa xiqqaa

25 Sep, 09:30


𝗠𝗔𝗞𝗔𝗔𝗥𝗜𝗝𝗔 𝗝𝗘𝗖𝗛𝗨𝗨𝗡 Bakka Harfiin Erra bahuu fi. Kan Harfiin Biraa Harfii Biraatiin Adda Bahu jechuudha
●Makaarijni bakka lamatti Addaan qoodama isaanis:::

1. Makraja muhaqqaqa jedhama

Makarajni muhaqqaqaan::: bakka saditti qoodama
1~Halqii
2~Lisaana
3~Shafateyni jedhaman

2. Makraja muqaddaraa jedhama
Bakka 2tti qoodama
1~Jowfii
2~Kayshuum
●Garaagarumman Makraja muhaqqaqi fi muqaddar maali jennan ??
~Makrajni muhaqqaqaan:÷ bakka irra bahu qaba {Ammalle ni qoqqoodama}
Fkn~Halqii bakka 3tti qoonna
~lisaana bakka 10tti qoonna
~Shafateyni bakka 2tti qoonna {¹⁵}
●Makrajni muqaddaraan bakka irra bahu hin qabu
Fkn. Jawofiin hin qoodamu
Kayshuumnis Akkasuma
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
Jarri kun lameen {muhaqqaqii fi muqaddar}walitti Makarajul-Aamma jedhamu {Makarija walii gala jedhamu}
1~Jowfii
2~halqii
3~Lisaana
4~Shafateyni
5~Kayshuum
Jarri kun 5nan Makarija Aammaa jedhamu

Madrasaa xiqqaa

25 Aug, 16:53


madduullaziim
damee afuur qaba

MADDULLAZIIM
/
/
maddullazim kalimee. ------------maddulazim harfii
/ \ / \
/ \ / \
musaqqal. mukaffaf. musaqqal. mukaffaf

1..maddullaziim kalimee musaqqaal
{ وَلَا ٱلضَّاۤلِّینَ }
{ ضَاۤلࣰّا }
2..madullaziim kilimee mukaffaf

{ ءَاۤلۡـَٔـٰنَ }

3 maddillazim harfii musaqqaal
{ الۤمۤ }
الف لام ميم
م م👉Harfii musaqqal

{ الۤمۤصۤ }
الف لام ميم صاد
م م.👉 harfii musaqqaal

4.maddullazim harfii mukaffaf

{ كۤهیعۤصۤ }
كاف ها يا عيْن صاد
kaf irraa. maddii harkaa jahaa harkifamuu niqamnaa garuu idigamaa hin tanee

ha fi Yan maddu xabi'ii qabuu

Ayn harfallin qaba idigama hin qabu

Saad madduu xabi'ii qaba. idigama hin tanee

madduu laziim harfi
{ نۤۚ }

kana qoofamitii lofaafi isxilaha ammas sifataa isaa osoo hin tanee maquuma isaa baraa hin xumurtee qixxetuu hafaa namnii kanuma mee ilala irraa. odeffannoo dabalataaf
. markazaa Khalid Ibnu Wolid kottaa

Madrasaa xiqqaa

16 Aug, 15:42


مُفَخَّمْ
mufakkam jechuun furdaa jechuudha

مُرَققْ
jechuum ammoo qallisuu jechudhaa