MOHAMMED SHEYBANI @mhadisrasolelahsaw Channel on Telegram

MOHAMMED SHEYBANI

@mhadisrasolelahsaw


Join: https://t.me/mhadisrasolelahsaw

Rasuulli Rabbii ﷺ (Amharic)

ሃሌ እኰሪ ኻላር ሳእቐንላነ ማሃዙ ረህነ ሳሩል ኧሐ ሳወnሪእል ኤኔደ ማሃዙ ረህነ ሳሩል ሃሞሳው አካንዳ ጀዳነን:nnወየዚኗ ሳእትኣ ዛ ረህነ ሳሩል አከነ ጀየኣnኮብእ ወኣነ ሳእትኣ ዳኲኣ፡፡nnበየጥናት በኤዶም እና በአትላኪክሲ ተምቲረnላሁዳነ ሹእሁትነ ኧሐመነ፡፡nnረህነ ሳሩልነ ሰራሁነnከይእዴ ስራሁነ፡፡nnባቡ ኧሐመነ ሱተሙዕnቃቡ እስራነ ወየሐሙዕ፡፡nnደና ሱተሙዕnእሳሱነ ወአሐመዕ፡፡nnቭቡህቁ ኧሐመዕ፡፡nሁሙ ወዳነ ወአትዬና፡፡nnሱተሙነnሃሐሙነnጸተነ፡፡nnዝግነ መንnምአምንነ ኢምሰዋነ፡፡nnስራኪራነ ሳእትኣ ምስሙነ ቋኦኦ ላ ሱተሙ፡nዝሳእኖነ ኢዟንከ ኣተትና ብድንቲረ ሱተሙ፡nምዞሎም ኧረዂሙ፡nዃደኖከ ኧረዉነ፡፡nnዝግነ መንnምአምንነ ኢምሰዋነ፡፡nnዘነ ከእነረነ ሓደሽነnበረህነ መን፡ ምስርነልነ፡፡nረህነ ሳሩልልnብስራነ አበገበከነ አካነ፡፡nnወእሐል ዃደኖነnኧሐመነ ኤኔረ፡nበየዚነ ጥናቲረ ሳእቱ፡nሱተሙ፡

MOHAMMED SHEYBANI

25 Jan, 19:26


Rabbiin keenya akkana jedhe:"Fakkeenyi jannata warri Rabbiin sodaatan waadaa galamanii, jala ishee laggeentu yaa’a; nyaanni ishee walitti dhaabbataadha; gaaddisni ishees akkasuma, Kun booddee warra Rabbiin sodaataniiti, Booddeen kaafirootaa immoo ibidda".

Rabbiin warra Jannataa nu haa taasisu !.

MOHAMMED SHEYBANI

25 Jan, 13:23


Rabbiin akkana jedhe:"Kunis kitaaba barakaa qabu kan (kitaabota) isa duraa dhugoomsu, jiraattota haadha magaalotaa (Makkaa)fi namoota naannoo isii jiran akka ittiin dinniinuuf Nuti buufneedha, Warri Aakhiratti amanan kan salaata isaanii irratti tikfatan ta'anii isatti ni amanu".

MOHAMMED SHEYBANI

24 Jan, 08:09


Rabbiin qur,aana keessatti akkana jedhe:"Dhugumatti, Rabbiifi maleykonni Isaas nabiyyii irratti salawaata buusu, Yaa warra amantan! (isinis) salawaata isa irratti buusaa; nageenyas buusinsa buusaa".

https://t.me/mhadisrasolelahsaw

MOHAMMED SHEYBANI

23 Jan, 07:39


مشاركة 'صور حيوانات الأطعمة.pdf'

MOHAMMED SHEYBANI

16 Dec, 13:28


👉🏼Osoo hin gaabbin dura 👈

"Waa shan waa shan dura saamadhu !

1- Dargaggummaa kee osoo hin dulloomin dura

2- Durummaa kee osoo hin hiyyoomin dura

3- Jiruu kee osoo hin du'in dura

4- Fayyummaa kee osoo hin dhibamin dura

5- Yeroo kee osoo hin Jaatanaawin dura".

Nabi MUHAMMAD Sallallaahu Aleyhi Wasallam

MOHAMMED SHEYBANI

15 Dec, 15:23


رَضيتُ بِاللهِ رَبَّاً وَبِالإسْلامِ ديناً وَبِمُحَمَّدٍ صلى الله عليه وسلم نَبِيّاً.

"أذكار المساء بلغة الإشارة"

MOHAMMED SHEYBANI

15 Dec, 04:28


Ijoollee qaban hundaa keessatti Haqa dalaguun dirqama .

Rasuulli Rabbii Sallallaahu Aleyhi Wasallam akkana jedhan:"Allaah sodaadhaa Ijoollee keessan keessatti haqa dalagaa".

Ijoollee qaban hundaa walqixxeessuun dirqama, waan tokkoof kennan kaaniifis kennuu qabu, dhiiras ta'anuu shamara, yoo haajaan addaa jiraatte malee, Ijoollee jiddutti walqixxeessuu dhabuun waanyoo, Diinummaafi Jibbana maaatii keessatti fida .


https://t.me/mhadisrasolelahsaw

MOHAMMED SHEYBANI

13 Dec, 17:03


🍃

قال الوليد بن مسلم: دخلت الشام عشرة آلاف عين رأت رسول الله ﷺ .

📕 تاريخ دمشق لابن عساكر 327/1

MOHAMMED SHEYBANI

13 Dec, 06:07


Rasuulli Rabbii Sallallaahu Aleyhi Wasallam akkana jedhan:"Guyyaa Jum'aatiifi Halkan isaa Salawaata heddumminaan narratti buusaa, Namni yeroo tokko salawaata narratti buuse Rabbiin yeroo kudhan isa irratti buusa" .

Sahiih Al-jaami'i: 1209

MOHAMMED SHEYBANI

08 Dec, 16:03


Masjida Umawiyyaa, kan beekkamu akka Masjida Guddaa Dimashqi, masjida seenaa qabeessaa fi guddaa ta'e Dimashqatti Sooriyaa keessatti argamuudha. Masjidichi bara Hijraa 87- 96 Jiddutti khaliifaan Umawiyyootaa Waliid Ibnu Abdulmalik ijaarsise, Masjidichi bakka amantii fi aadaa guddaa ta'eedha, miidhagina ijaarsa isaatiin seenaa keessatti beekama, Akkaataan ijaarsa isaa adda ture, masjidicha addunyaa irratti iddoo guddaa kennamaaf, Masjidichi bakkee amantii Islaamaa qofa utuu hin taane, akkasumas bakkee seenaa fi aadaa addunyaa keessatti iddoo olaanaa qaba.

MOHAMMED SHEYBANI

06 Dec, 05:55


Salawaata Rasuula Rabbii ﷺ irratti buusuun faayidaa kudhan qaba :

1. Rabbiin salawaata isa irratti buusa

2. Ergamaan Rabbii ﷺ guyyaa qiyaamaa jaarsummaa isaaf dhaabatu

3. Malaa'ikatti hidhachuu

4. Warra Rabbiin didan faallessu

5. Yakka nama irraa buusa

6. Dhimma barbaadan Rabbiin namaa guuta

7. Keessaafi duubni namaa ni ifa

8. Adabbii ganda badii irraa nama baraara .

9. Ganda hara galfii jannata Rabbii isa galcha .

10. Rabbiin nagaya irratti buusa .

IBNU Al-JOwuzii .

https://t.me/mhadisrasolelahsaw

MOHAMMED SHEYBANI

02 Dec, 15:24


Gaafilee kanniin hirmaadhaa irraa baradhaa !

MOHAMMED SHEYBANI

29 Nov, 16:04


Waa shan waan shan dura saamadhu :-

Rasuulli Rabbii Sallallaahu Aleyhi Wasallam akkana jedhan:"waa shan waan shan dura saamadhu: Jiruu kee du,a kee dura saamadhu, fayyaa kee dhibee kee dura saamadhu, yeroo qabaatuu kee jaatanaayuu kee dura saamadhu, Dargaggummaa kee dulluma kee dura saamadhu, Durummaa kee hiyyummaa kee dura saamadhu".

MOHAMMED SHEYBANI

28 Nov, 15:53


https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSfFV54BxazyZp1iQy3MKWvkj5cMK7EZ8X22j4iWzLDN-d_iAQ/viewform?usp=sf_link

MOHAMMED SHEYBANI

18 Nov, 14:25


Qormaata kana hojjadhaa !

MOHAMMED SHEYBANI

17 Nov, 08:55


Linkii kana gafi tuqaa gaafilee kanniin deebisaa !

MOHAMMED SHEYBANI

17 Nov, 08:54


https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLScmG2ANkYDLQZRc8hTOcScSJ_dIdSZtzAtaYWBxdcEiaJOf0g/viewform?usp=sf_link

MOHAMMED SHEYBANI

17 Nov, 07:56


Namoonni Hirmaattan Hunduu hedduu galatoomaa, Garguddaan keessan guutuu deebistaniirtu, Rabbiin beekkumsa bu'aa qabu isiniif haa dabalu,Gaaffilee biraallee kan akkanaa Ni dhiyeessina in shaa allaahu Hordofaa !

MOHAMMED SHEYBANI

16 Nov, 04:26


Nabiyyoonni hundinuu Obboleeyyan, ergaan isaanii hunduu bu'uura keessatti tokkoma, guutuun isaaniituu islaamummaa qofaan ergaman, Jalqaba irraa hanga xumuraatti .

Rasuulli Rabbii Sallallaahu Aleyhi Wasallam akkana jedhan"Anatu Nabi iisatti hunda caala dhiyaata, Nabiyyoonni hunduu ilmaan Masaanuuti ( Abbaan tokko Haati garagara), Jidduu kiyyaa fi Jidduu Nabi Iisaa Nabbiyyiin biraa hin jiru".

Hadiisa Bukaaritu gabaase: 3442

MOHAMMED SHEYBANI

15 Nov, 14:29


Isin dhibee gaafiin kun sila? Nama 39 qofatu deebise hanga ammaa, Hunduu Hirmaadhaa gaafii ulfaatuu miti

MOHAMMED SHEYBANI

15 Nov, 07:39


Maqaan Dubartoota Rasuulaa Sallallaahu Aleyhi Wasallam Tartiibaan akka armaan gadiiti:-

1. Khadijaa bint Khuweylid


2. Sawdaa bint Zam’aa


3. Aa'ishaa bint Abai Bakri-ssiddiiq


4. Hafsaa bint Umar Bin Al-kaxxaab


5. Zaynab bint Khuzeymaa


6. Ummu Salamaa (Hind bint Abii Umayyaa)


7. Zeynab bint Jahshi


8. Juweyriyaa bint Al-Haaris


9. Ummu Habiibaa (Ramlaa bint Abii Sufyaan)


10. Safiyyaa bint Huyayyi


11. Meymuunaa bint Al-Haaris

MOHAMMED SHEYBANI

15 Nov, 04:40


خليلي سبا عقلي حُلا زَيْنِ هالةٍ
زها جفنَها رمزًا صحيحًا مُهذَّبا

.
.
تُشير كلّ كلمة من هذا البيت إلى الحرف الأوّل من أسماء أمّهات المؤمنين رضي الله عنهنّ، على الترتيب الذي تزوجهنّ عليه رسول اللهﷺ

MOHAMMED SHEYBANI

14 Nov, 05:50


Gaafii kana hanga ammaa Nama 20 qofatu hojjate, kuuwwanillee hojjadhaa, kan biraatti dabarraa, Warra deebisan Rabbiin barakaa isiniif haa godhu !

MOHAMMED SHEYBANI

13 Nov, 13:45


Maqaan shahiidota Waraana Badrii kanneen armaan gadiiti :

Umeyri Ibn Abii Waqqaas

Safwaan Ibn Wahabi

Zu al-Shimaaleyn Ibn Abdi Amri

Mihja'i Ibn Saalih

Aaqil Ibn Al-Bukeyri

Ubeydaa Ibn Al-Haaris

Sa'ad Ibn Kheysamaa

Mubashir Ibn Abd al-Munzir

Haarisaa Ibn Suraaqaa

Raafi'i Ibn Al-Mu'allaa

Umeyri Ibn Al-Hammaam

Yaziid Ibn Al-Haaris

Mu'awwiz Ibn Al-Haaris

Awuf Ibn Al-Haaris


Sahaaboonni gurguddoon kunniin yeroo duraatiif amantiif lubbuu isaanii gumaachan. Rabbiin Jannata keessatti sadarkaa isaanii haa olkaasu, Nullee isaan wajjiin nu haa taasisu !

MOHAMMED SHEYBANI

12 Nov, 09:13


Linkii kana tuqaa gaafilee kanniin deebisaa !

MOHAMMED SHEYBANI

12 Nov, 09:12


https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSeh69bM7M_vANgo7OLFwZGZn8mJZc7OntzY_aL2RwN59OxXoQ/viewform?usp=sf_link

MOHAMMED SHEYBANI

09 Nov, 09:46


"Jecha lama kan afaan irratti salphaa ta'an, miizaana irratti ulfaatoo ta'an, gara Rabbii jaallatamoo ta'an: Subhaanallaahi wa bihamdihii, Subhaanallaahi al-‘Azhiim."

MOHAMMED SHEYBANI

08 Nov, 06:12


Sadarkaa salawaata Rasuula Rabbii ﷺ irratti buusuun qabu :-

Rasuulli ﷺ akkana jedhan:"Namni yeroo tokko salawaata narratti buuse Rabbiin yeroo kudhan isa irratti buusa, Badii kudhantu isaaf dhiifama, Sadarkaa kudhantu isaaf ol fuudhama".

Nasaa'itu Gabaase: 1296

MOHAMMED SHEYBANI

05 Nov, 18:14


قصيدة جميلة في الخلفاء الراشدين

MOHAMMED SHEYBANI

02 Nov, 14:35


Mahdiin eenyu?

Mahdiin Nama yeroo dhumaatti mul'atu, akka lafa haqaan guutuuf, erga miidhaa fi cunqursaan guutamee booda. Mahdiin nama gaarii sanyii Nabi Muhammad irraa Sallallaahu Aleyhi Wasallam dhalatu, maqaan isaa Muhammad ibn Abdallah jedhama, yeroo rakkoo fi miidhaan baay'atu ni mul'ata. Mahdiin mallattoo qiyaamaa gurguddoo keessaa tokko .

MOHAMMED SHEYBANI

01 Nov, 11:58


خطبة فضيلة الشيخ الدكتور أحمد الحذيفي من المسجد النبوي الشريف اليوم عن "سيرة النبي صلى الله عليه وسلم وشمائله" .

MOHAMMED SHEYBANI

01 Nov, 11:56


‏فضيلة الشيخ د. أحمد الحذيفي في خطبة ‎#الجمعة بـ ‎#المسجد_النبوي: "إن سيرة نبينا ﷺ وشمائله الكريمة ليست مجرد حديث عابر، دون أن يكون لها أثر في حياة المسلم، فقد جعل الله تعالى نبينا موضع القدوة والائتساء".

MOHAMMED SHEYBANI

31 Oct, 17:16


"Dhugaan bu'uura hojii gaarii hundaati, kijibnis bu'uura hojii badaa hundaati".

[Ibnu Teymiyyaa: Majmuu’a al-Fataawaa (20/74)]

1,647

subscribers

626

photos

79

videos