Kello Media @kellomedia Channel on Telegram

Kello Media

@kellomedia


**** Official KM Telegram Channel ****

Kello Media (English)

Welcome to the official Kello Media Telegram channel! Kello Media, also known as @kellomedia, is a leading digital media company that specializes in creating engaging and informative content for a wide range of audiences. Whether you're looking for the latest news, entertaining videos, or insightful articles, Kello Media has got you covered. With a team of talented writers, editors, and producers, we strive to deliver high-quality content that keeps our followers informed and entertained. Our Telegram channel is the perfect place to stay up-to-date with all of our latest releases and interact with other like-minded individuals who share your interests. Join us today and become a part of our growing community of media enthusiasts! Don't miss out on the opportunity to discover new and exciting content from Kello Media. Stay connected, stay informed with Kello Media!

Kello Media

19 Nov, 18:45


የአሜሪካ እና የኢትዮጵያ ባለስልጣናት አማራና ኦሮሚያ ባለው ግጭት ዙሪያ መወያየታቸው ተገለጸ

https://www.youtube.com/watch?v=owt9ynDQJVo

Kello Media

19 Nov, 16:36


Uummatni Salaaleen rakkoo waraanaa isa hammaataa keessa jiraachuu barame

https://www.youtube.com/watch?v=rGu2bEW7jtc

Kello Media

18 Nov, 17:20


Obbo Taayyee Danda’aa dhimma meeshaa seeraan alaan himata itti banameef ragaa ittisaa dhiyeeffatan

https://www.youtube.com/watch?v=ey-3jcgEayk

Kello Media

18 Nov, 14:58


Seenaa Angel Di maria

https://www.youtube.com/watch?v=DXd0agZVwVk

Kello Media

17 Nov, 15:12


3ተኛው ዙር ድርድር ለምን ከሸፈ? ሰሞኑን ኢትዮጵያ

https://www.youtube.com/watch?v=bGUit0RqfpM

Kello Media

17 Nov, 14:30


Nagaa dheebonne

https://www.youtube.com/watch?v=SP-4o5OraIM

Kello Media

15 Nov, 17:12


ABO WBO fi Mootummaa gidduutti marii marsaa 3ffaa gaggeeffamuuf ture mootummaa dide jedhame

https://www.youtube.com/watch?v=KgY12wCpy7U

Kello Media

14 Nov, 17:56


ወደ ውጪ የሚላኩ ማዕድናት ወደ ሀገር ቤት አለመመለሳቸው ተሰማ

https://www.youtube.com/watch?v=pMT5jyz5Z4Q

Kello Media

14 Nov, 16:58


Hiriirri nagaa dheebonne jedhu adeemsifamaa oole

https://www.youtube.com/watch?v=m9M_1MGsAyk

Kello Media

13 Nov, 17:43


nov 14

https://www.youtube.com/watch?v=FaBYY_B63cI

Kello Media

13 Nov, 17:23


Namichi muca obboleessa isaa daa’ima waggaa 9 haala suukanneessaa ta’een ajjeese hidhaa umurii guutuun adabame.

https://kellomedia.com/namichi-muca-obboleessa-isaa-daaima-waggaa-9-haala-suukanneessaa-taeen-ajjeese-hidhaa-umurii-guutuun-adabame/

Kello Media

13 Nov, 17:08


KEELLOO

https://www.youtube.com/watch?v=Y9qPIX8VXAY

Kello Media

12 Nov, 18:45


የደብረፂዮን (ዶ/ር) ቡድን በይፋ መፈንቅለ መንግስት ወደማድረግ ተሸጋግሯል

https://www.youtube.com/watch?v=HCWB3y1dSbQ

Kello Media

12 Nov, 17:42


Namootni kalee tokko gurgurachuu gara hospitaala paawuloos dhaqan jiraachuu saaxilame

https://www.youtube.com/watch?v=C-fUKrfGJaw

Kello Media

12 Nov, 09:14


Abjuu waancaa injifachuu arsenal Rakkoo keessa galeera

https://www.youtube.com/watch?v=s3NQdqkZjiw

Kello Media

10 Nov, 18:37


እውነት ትራምፕ ስደተኞችን ሊያባርሩ ነው?

https://www.youtube.com/watch?v=y1rSmFSzbkA

Kello Media

09 Nov, 15:34


Maaltu as deemaa jira?

https://www.youtube.com/watch?v=AWYiGmdIYmc

Kello Media

08 Nov, 16:53


Itoophiyaatti manneen barnootaa kuma shanii ol cufamuun himame

https://www.youtube.com/watch?v=oj0VR13_yMk

Kello Media

08 Nov, 15:50


Tapha guddaa torban kanaan darbii Landaniin Cheelsiin Arsenaal keessummeessaa | ODUU ISPOORTII

https://www.youtube.com/watch?v=Yy8EQ7S9hcw

Kello Media

08 Nov, 07:25


Qellem Wallaggaatti namicha obboleettiisaa ajjeesetti murtiin du’aa murame

https://kellomedia.com/qellem-wallaggaatti-namicha-obboleettiisaa-ajjeesetti-murtiin-duaa-murame/

Kello Media

07 Nov, 17:56


ከተለያዩ መንግሥት ተቋማት 151 ሚሊዮን ዶላር የሚጠጋ ሃብት ታግዶ ምርመራ እየተካሄደበት መሆኑ ተጠቆመ

https://www.youtube.com/watch?v=vNBh_AVgaMA

Kello Media

07 Nov, 17:18


Giiniitti qondaalli mootummaa tokko dubartoota 400 ol ta'an waliin salquunnamtii raawwate

https://www.youtube.com/watch?v=uyzmJrrmEKQ

Kello Media

06 Nov, 18:24


ናታንያሁ የመከላከያ ሚኒስትሩን ማባረራቸውን ተከትሎ በእስራኤል ተቃውሞ ተቀሰቀሰ

https://www.youtube.com/watch?v=rRNQGN39lXo

Kello Media

06 Nov, 16:57


Magaalaa Adaamaatti namichi Albeen hoggantuu isaa waraanee ajjeese barbaadamaa jira

https://www.youtube.com/watch?v=fSLENzRQx94

Kello Media

06 Nov, 16:54


Magaala Adaamaatti namichi Albeen hoggantuu mana nyaataa waraanee ajjeese barbaadamaa jira.

https://kellomedia.com/magaala-adaamaatti-namichi-albeen-hoggantuu-mana-nyaataa-waraanee-ajjeese-barbaadamaa-jira/

Kello Media

06 Nov, 09:31


Doonaald Tramp Peresedaantii Ameerikaa ta'uun filataman.

Filannoon Peresedaantummaa Ameerikatti gaggeeffamaa ture morkii hawwataan booda injifannoo Doonaald Tramp goolabameera.

Irra deebiin waggoota booda deebi'anii Peresedaantii Ameerikaa kan ta'an Tramp ""injifannoo ajaa'ibaa argadheera,'' jedhan.

Kaadhimamaa paartii Rippabilikaan Traamp walgayii Filooriidaatti geggeeffameen deeggartoota isaaniif injifannoo isaanii beeksisaniiru. Tiraamp kun bara warqee Ameerikaa ta'a jedhan.

"Kun ummata Ameerikaatif injifannoo guddaadha. Ameerikaa ammas guddittii akka goonu nu dandeessisa," jedhan.

Kello Media

05 Nov, 17:58


አሜሪካዉያን 47ኛዉን ፕሬዚዳንታቸውን ለመምረጥ የሰዓታት ጊዜ ብቻ ቀርቷቸዋል

https://www.youtube.com/watch?v=8bNkAs2DgUI

Kello Media

05 Nov, 16:57


Itoophiyaan Sudaan Kibbaaf Qarshii liqeessite

https://www.youtube.com/watch?v=jL1GNZIZnRU

Kello Media

04 Nov, 18:22


'የፕሪቶሪያው ስምምነት ስኬታማነት የሚለካው ጦርነቱ ያስከተላቸው ጉዳዮች መፍትሄ ሲያገኙ ነው' አቶ ጌታቸው ረዳ

https://www.youtube.com/watch?v=gTsxy4IXPTg

Kello Media

04 Nov, 18:10


'የፕሪቶሪያው ስምምነት ስኬታማነት የሚለካው ጦርነቱ ያስከተላቸው ጉዳዮች መፍትሄ ሲያገኙ ነው' አቶ ጌታቸው ረዳ

https://www.youtube.com/watch?v=FfC31TDAMQ8

Kello Media

04 Nov, 17:16


November 4, 2024

https://www.youtube.com/watch?v=9z3wEhRo-vY

Kello Media

04 Nov, 16:54


Shawaa Lixaatti lolli WBO fi mootummaa gidduutti tibbana adeemsifamaa jira

https://www.youtube.com/watch?v=mwgIQfhZEyc

Kello Media

03 Nov, 15:43


ራጂ ጉደታ ከ አብዲሳ ጋር

https://www.youtube.com/watch?v=3htDaufszak

Kello Media

02 Nov, 18:28


Suurri barsiisotaaf nyaatni laatamee oso nyaatanii miidiyaa hawwaasaan faca’e namootni akka komatan taasise.

https://kellomedia.com/suurri-barsiisotaaf-nyaatni-laatamee-oso-nyaatanii-miidiyaa-hawwaasaan-facae-namootni-akka-komatan-taasise/

Kello Media

02 Nov, 16:54


ካናዳ በስደተኞች ላይ በሯን ለምን ዘጋች? ሰሞኑን ኢትዮጲያ

https://www.youtube.com/watch?v=NlS_KfdFwws

Kello Media

02 Nov, 16:27


Gujii Bahaa magaalaa Adoolaa Waayyuutti halkan edaa abbaan warraa haadha manaa isaa ajjeese.

Kibba Oromiyaa godina Gujii Bahaa Adoolaa Waayyuutti dubartiin Haannaa Bokkolaa jedhamtu abbaa warraa isheen ajjeefamuu maddeen adda adda himan. Aadde Haannaan halkan edaa jechuun Sadaasa 1,2024 galgala abbaa warra ishee Ajjamaa Yaadasaa jedhamuun ajjeefamte jedhame.

Du'a Haannaan booda bakkichatti jeequmsa adeemaa akka jirus baramee jira. Yakki dubartoota irra gahu Oromiyaa keessatti hammaateera. Kanaan duras Kibba Oromiyaa keessatti dubartiin mukatti hidhamtee osoo reebamtuu miidiyaa hawwaasaan gadhiifame dheekkamsa kaasee ture.

Torban darbe keessa ammoo Lixa Oromiyaa magaalaa Naqamteetti dargaggoonni yakka guddeeddii shamarran lama irratti raawwachuun vidiyoon waraabanii lakkisuun hawwaasa mufachiisee ture. Dargaggoonni yakkicha raawwatan tohatamuu qaamni nageenyaa magaalaa Naqamtee gidduu kana midiyaaleef ibseera.

Kello Media

01 Nov, 18:26


Shawaa Kaabaa aanaa Wacaaleetti bulchaa aanaa dabalatee qondaalootni mootummaa riphe loltootaan ajjeefaman

https://kellomedia.com/shawaa-kaabaa-aanaa-wacaaleetti-bulchaa-aanaa-dabalatee-qondaalootni-mootummaa-riphe-loltootaan-ajjeefaman/

Kello Media

25 Oct, 16:58


Obbo Taadiyoos Taantuu hidhaan adabame | ODUU KEELLOO

https://www.youtube.com/watch?v=LcW5RNh_qAM

Kello Media

25 Oct, 15:23


Balaawwan siyaasaa waggoota dheeraaf biyyattii hunkuraa jiran | Faana Keelloo

https://www.youtube.com/watch?v=dWV7XQzC6NI

Kello Media

24 Oct, 17:55


የኢትዮጵያ ጦር በሶማሊያ መስፈሩ የአልሸባብ እንቅስቃሴ እንዲጨምር አድርጓል | የዛሬ ውሎ

https://www.youtube.com/watch?v=5W0cAqTLNJU

Kello Media

24 Oct, 16:56


Al-shabaab akka babal'atuuf qoodni waraana Itoophiyaa olaanaadha | ODUU KEELLOO

https://www.youtube.com/watch?v=5feqAQrqUJA

Kello Media

23 Oct, 17:57


https://www.youtube.com/watch?v=H145IkZhNNE

Kello Media

23 Oct, 17:18


Lafti magaalaa Finfinnee liiziin gurguramuuf caalbaasitti dhiyaate | ODUU KEELLOO

https://www.youtube.com/watch?v=pCmooVnmx4g

Kello Media

22 Oct, 18:00


አቶ ልደቱ 'ፋኖ በቤተሰቦቼን ለማጥፋት ቅስቀሳ እያደረገብኝ ነው'አሉ | የዛሬ ውሎ

https://www.youtube.com/watch?v=yjLxBgKFJ_k

Kello Media

22 Oct, 16:57


Balaan abiddaa Markaatootti mudate miidhaa guddaa geessise | Oduu Keelloo

https://www.youtube.com/watch?v=MwTi_AATK_E

Kello Media

21 Oct, 18:11


ፋኖ በሰላሌ 3 ሰዎችን ገደለ | የዛሬ ውሎ ኬሎ ሚዲያ

https://www.youtube.com/watch?v=hcPoBMaZkOk

Kello Media

21 Oct, 18:00


Markatootti balaan abiddaa uumame | Oduu Ammee

https://www.youtube.com/watch?v=yAy7tqYE9ho

Kello Media

21 Oct, 17:24


በመርካቶ ከፍተኛ የእሳት አደጋ ተፈጠረ | ሰበር ዜና

https://www.youtube.com/watch?v=i80vA3GIt_k

Kello Media

21 Oct, 17:01


Jalduutti milishooti 18 ajjeefamanii | ODUU KEELLOO

https://www.youtube.com/watch?v=RJWfqPbbwQo

Kello Media

21 Oct, 11:25


Godina Arsiitti Maanguddoon waggaa 180 ol jiraatan du'aan boqotan

Umurii dheeraa nama aja'ibsiisu jiraachuun beekamtii adda addaa kan argatan maanguddoon Oromoo obbo Daaluu Jaarsoo du'aan boqotan.

Godina Arsii Lixaa Aanaa Nansaboo Ganda Gataa Diriiri kan ta'an obbo Daaluuu Jaarsoo Waggaa 181 booda kaleessa Onkoloolessa 20,2024 lubbuun darban.

Hanga jiraatan kana keessatti baayyina maatii 500 olii horaniiru jedhame. Kanaanis nama jalqabaa maatii hedduu horate ta'aniiru. Obbo Daaluu Jaarsoo ilkaan fayyaa akka qaban, isuma dhiyeenya waan akka akaayii nyaachuu akka danda’an himamaa ture.

Dhaabbata galmee dinqisiisoo Afrikaa irraas badhaasa beekamtii umurii dheeraa jiraachuu fudhataniiru. Namni tokko waggaa hanga kana jiraachuu baramaa miti. Inumaa jaarraa tokko lakkoofsisuun bara ajaa'iba ta'etti isaan jaarraa lama jiraachuuf jala gahanii ture. Maatii isaanii maraaf jajjabina haa laatu jennna.

Kello Media

19 Oct, 02:47


Yahya Sinwaar hogganaa Hamaas ajjeefame | Faana Keelloo

https://www.youtube.com/watch?v=sIy6LgW3NBU

Kello Media

19 Oct, 02:44


Misirroo Dilbata cidha godhatte abbaa warraan ajjeefamte | ODUU KEELLOO

https://youtu.be/pfoOwGsp7No?si=ihf8hfuPwzNSbQrl

Kello Media

02 Sep, 18:42


የግብጽ ሶማሊያ እና ኢትዮጲያ ውጥረት👇

Facebook :-
https://www.facebook.com/share/v/4ETyKM5feC1pUis4/

Youtube:-
https://www.youtube.com/live/3tGf-RHvuSI?si=bMRrTKXaV8HMCFvj

Kello Media

16 Aug, 16:20


በህወሓት ውስጥ የተፈጠረው መከፋፈል👇

Facebook :-
https://www.facebook.com/share/v/kao56RxGezaX8Yuo/

Youtube:-
https://www.youtube.com/live/2pi5Yml2os4?si=iNqnrZKhLuGFIH7R

Kello Media

06 Aug, 17:43


ፋኖ! መሪ እና መርህ ያጣው ታጣቂ ቡድን 👇

Facebook :-
https://www.facebook.com/share/v/G9arn51g77eXUebs/

Youtube:-
https://www.youtube.com/live/SIP3NtaKYbQ?si=eEs29v9xJ0x10Goc

Kello Media

01 Aug, 17:07


የዶላር ጫማሪው መዘዝ | የህውሃት እና ጌታቸው ፍጥጫ 👇

Facebook :-
https://www.facebook.com/share/v/HU98zoHkCyuj6daU/

Youtube:-
https://www.youtube.com/live/ATw2UZHqWJ0?si=bAn7dstvZKMMLUjG

Kello Media

27 Jul, 15:28


ህውሃት ለ2 ተከፈለ? | የፋኖ ግፈኛ ድርጊት | የጎፋው አሳዛኝ አደጋ 👇

Youtube:-
https://www.youtube.com/watch?v=k5999OwBNS8

Facebook :-
https://www.facebook.com/share/v/c5S5eeTYevA1o3wk/