INFORMATION HUB - Kaayyoo @jobsfornation Channel on Telegram

INFORMATION HUB - Kaayyoo

@jobsfornation


Odeeffannoo carraa hojii garaa garaa fi barreeffamoota gaggabaaboo barumsa qaban argachuuf chaanaalii kana hordofaa akkasumas hiriyoota keessaniif share godhaa. የተለያዩ የስራ ማስታወቂያዎችን እና አስተማሪ ፅሑፎችን ለማግኘት ይህን ቻናል ይከታተሉ ለወዳጅ ጓደኛዎ ያጋሩ!

INFORMATION HUB - Kaayyoo (Amharic)

በዚህ ቻናሉ 'INFORMATION HUB - Kaayyoo' ከተገኘባቸው አገልግሎቶች እና አስተማሪ ፅሑፎች ከአሠሪና ከሕጻናት የተለየ የስራ መረጃዎችን እና ስነ-ምግባር መረጃዎችን ለመግኘት የቀረቡ። የስራ ተማሪዎችን እና ሌሎችን የስራ መረጃዎችን ለመቀበል በፍጥነት ያድርጉ። ይህን ቻናል በሚጠቀሙበት አቤቱታዎ የተከታተለውን መተግበር ቅንጅቱን በመጠቀም ሊያከናውናል። በመስመር ላይ የሚተኮረው ከጥሩ እና ተማሪ ፅሁፎች መረጃዎችን በሚመልከት፣ ለሆነው ባንክ ላይ ልክ ያስፈልጋል። በዚህ ቻናሉ የምንጠብቋቸውን ኃላፊነት እና መረጃዎችን ለመጠቀም በቀጣዩ አገልግሎች ለመስጠት ከፈተናቸው እና ባንዳራቸው እንክፈትሳለን።

INFORMATION HUB - Kaayyoo

22 Jan, 16:47


https://t.me/TimeFarmCryptoBot?start=gWL6lJCji75Aw1fi

INFORMATION HUB - Kaayyoo

22 Jan, 13:28


Siinqee Bank New External Vacancy Notification PDF Format.

#Ads@jobsfornation
➲ http://t.me/zoo_story_bot/game?startapp=ref5829855799

.
10

INFORMATION HUB - Kaayyoo

22 Jan, 13:27


External Vacancy Announcement

1. Senior Financial Analysis and Reporting officer II (Re-Advertised)
2. Senior Treasury, Fund and Investment Officer- II
3. Senior Banking Business Officer- I
4. MF-CRM
5. Senior Capacity Building & Customer Experience Officer I
6. Senior Non-Financial Risk analyst II
7. KYC Officer
8. Associated KYC officer – II



Check this➲ http://t.me/zoo_story_bot/game?startapp=ref5829855799

.
10

INFORMATION HUB - Kaayyoo

22 Jan, 13:23


CHECK THSI ➲ http://t.me/zoo_story_bot/game?startapp=ref5829855799

.
10

INFORMATION HUB - Kaayyoo

22 Jan, 13:23


Huawei Technologies Ethiopia PLC

▪️Job Position 1 - IT Presales Engineer
▪️Job Position 2 - IP Engineer

▪️Find More Details here
          💧💧💧💧
 
https://kebenajobs.com/job/huawei-technologies-ethiopia-plc-jan-22-25/  

▪️Deadline : February 22nd 2025

INFORMATION HUB - Kaayyoo

22 Jan, 13:22


🎴Soap and Detergent PLC🎴

▪️Job Position 1 - Senior Cost Accountant
▪️Job Position 2 - Senior Mechanic
▪️Job Position 3 -Senior Electrician
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧

https://kebenajobs.com/job/soap-and-detergent-plc-jan-22-25/   

▪️Deadline : February 5th 2025

Carraa kanaan kana check godhaa➲ http://t.me/zoo_story_bot/game?startapp=ref5829855799

.
10

INFORMATION HUB - Kaayyoo

22 Jan, 12:54


🎁 በዛሬው ዕለት የZoo Gift schedule

➡️ የመጀመሪያው Feed ቀን 6:10 ላይ ይመጣል

🎁Reward: 4947Animal Feed
Duration: 10 minutes

➡️ሁለተኛው Feed ከሰዓት 11:35 ሲል ይመጣል

🎁Reward: 439Animal Feed
Duration: 30 minutes

➡️ሶስተኛ Feed ምሽት 4:20 ሲል ይመጣል

🎁Reward: 1244 Animal Feed
Duration: 15 minutes


Good luck

@Ethiocrypto_433
@Ethiocrypto_433

INFORMATION HUB - Kaayyoo

22 Jan, 12:28


https://t.me/DropeeBot/play?startapp=ref_SiT-3hbsg5B
🎉 Join me on Dropee and start stacking rewards! 🎰
💸 +5k coins and 5 spins just for signing up
💎 +25k coins if you’ve got Telegram Premium
Ready to get your rewards? Let’s play together now! 🚀

INFORMATION HUB - Kaayyoo

22 Jan, 12:14


http://t.me/zoo_story_bot/game?startapp=ref5829855799

.
10

INFORMATION HUB - Kaayyoo

22 Jan, 10:09


▪️For Fresh Graduates🎴Empowerment for Development🎴

▪️Job Position - Graduate Intern – Finance Officer
Education: A recent graduate with a Bachelor’s degree in Finance, Accounting, Business Administration, or a related field.
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧

https://kebenajobs.com/job/empowerment-for-development-jan-22-25/  

▪️Deadline: January 27/25
.
.
.
Check this➲ https://t.me/PinEye_Bot/pineye?startapp=r_5829855799

INFORMATION HUB - Kaayyoo

22 Jan, 10:08


🎴Awash Bank SC🎴

▪️Job Position 1 - Senior – Conventional Products Development Officer
▪️Job Position 2 - Principal – IFB Product Development Officer
▪️Job Position/የሥራ መደብ 3 - የሰት ፈታሽ
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧

https://kebenajobs.com/job/awash-bank-sc-jan-22-25/   

▪️Deadline: January 27/25


Check this➲ https://t.me/PinEye_Bot/pineye?startapp=r_5829855799

INFORMATION HUB - Kaayyoo

22 Jan, 10:07


Baankiin Awaash

Gita Hojii: Waardiyyaa
Saala: Dhalaa
# Sadarkaa barnootaa: Kutaa 8ffaa xumurte
Muuxannoo hojii: Yoo xiqqaate leenjii Loltummaa ykn poolisii waggaa lamaa fi muuxannoo tajaajilaa  kan qabdu
Umurii: Waggaa 20 – 35
Bakka hojii - Finfinnee
Mindaa: Akka iskeelii baankii
Sababni (Reasoning) gochuu; 
Dorgomaan iyyata harkaan barreeffamanii fi sanadoota armaan olitti ibsaman irratti dabalataan, Ragaa barnoota kutaa 8ffaa isaanii dhiyeessu qabu.

Galmeen:  Baankii Awaash
Hogganaa - Waajjira Hoggansa Huma Namaa
Sanduuqa Poostaa 12638
Addis Ababa jchuun erguu Galmaa'uu dandeessu
Galmeen hanga:20/5/2017
.
.
.
CHECK THIS➲ https://t.me/PinEye_Bot/pineye?startapp=r_5829855799

INFORMATION HUB - Kaayyoo

22 Jan, 08:26


Oromia Insurance S.C
Gita Hojii: Security Guard
Ogummaa:10(12) kan Xumure+ Leenjii Loltummaa kan qabu.
Muuxannoo:2 year
Galmeen Hanga:17/5/2017
Bakki Galmee: Finfinnee,Ethio China Avenue, Gamoo Lidiyaa Asinaaqee, Darbii 3ffaa biratti Galmaa'uu dandeessu.
.
.
.
CHECK THIS➦ https://t.me/PinEye_Bot/pineye?startapp=r_5829855799

INFORMATION HUB - Kaayyoo

22 Jan, 08:20


Zoo mining dhaabuudhaaf guyyoota 10 qofatu hafe isinoo ammam hojjettaniittu?
➲ t.me/zoo_story_bot/game?startapp=ref5829855799
Jk

INFORMATION HUB - Kaayyoo

22 Jan, 07:09


https://t.me/PinEye_Bot/pineye?startapp=r_5829855799

INFORMATION HUB - Kaayyoo

22 Jan, 07:08


#Namichaa_fi_simbirroo
Namichatu simbira bareedduu tokko harkaan qabee ajjeesuuf osoo jedhuu, du'uu isheetiin dura ergaa xumuraa akka dabarfattuuf kadhatte.

Ergaa sadiin siif dabarsa bara jireenya kee hundaatti isaan si fayyadu jetteen.

🐦, 1ffaa, “Waan si harka jiru hin gadhiisin”;

🐦,2ffaa, “Waan darbetti hin gaabbin” jetteetu sadaffaa utuu hin dubbatin callistee turte.

Namichis maaloo ergaa kee isa sadaffaas natti himikaa jedheen.
Ergaan koo inni _3ffaan waan bayee ulfaataa fi jireenya kee keessatti baayee si barbaachisudha.
Isa kanan sitti himu garuu yoo gad na lakkifte qofaadha jetteen.
Namichis gad ishee lakkise.
🦅Isheenis barristee erga mukarra qubattee booddee ergaa koo isa 3ffaa sitti himuu kootiin dura jalqaba irratti maalin siin jedhee jetteen.

🐦,Innis, “Waan si harka jiru hin gadhiisin” naan jette jedheen. “Waan ajajamte rawwatteeree?” jetteen. “Lakki” jedheen. Osoo kana hojii irra oolchite ta'ee garaa koo keessa warqeetu jira ture, gadi na lakkisuu keetiin qabeenya si qofa osoo hin taane ijoollee kee illee jiraachisuu dandau dhabde jetteen.
.
🐦, “Ergaan inni 2ffaan maal jedha ture?”jetteen. Innis, “Waan darbetti hin gaabbin” kan jedhudha jedheen. Isheenis deebistee, "Ergaan 3ffaanis isuma 2ffaa kanadha. Isuma irra deebiii raawwadhu" jetteen jedhama.
Ajaja 1ffaa fi 2ffaa osoo hojiitti hin hiikin ammas ajajaa 3ffaa dhaga'uuf Si'ate. Osoo ajajuma 1ffaa sana hubatee raawwate ta'ee warqiinis Kan isaa ture.
Ajaja dhagahuu diduun nama gaabbisiisa,garuu Kan darbeef gaabbuun Kan Boruu balleessuu waan ta'eef waan ajajamte raawwachuuf yoomiyyuu Of qopheessi.

Maddi odeeffannoo fuula Facabook irraa!

#Ads👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
➲https://t.me/kittyverse_ai_bot/play?startapp=u5829855799

➲https://t.me/sigmatonbot/app?startapp=ref_2oey1iv

➲https://t.me/piggybankgamebot/app?startapp=ref_c6f98124

➲https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=zUXdfL2F

➲https://t.me/HipoGangBot/join?startapp=5829855799

➲http://t.me/hrummebot/game?startapp=ref5829855799

➲https://t.me/PinEye_Bot/pineye?startapp=r_5829855799

INFORMATION HUB - Kaayyoo

22 Jan, 07:03


COOPERATIVE BANK OF OROMIA EXTERNAL VACANCY ANNOUNCEMENT PDF FORMAT.
🏛
🏛
🏛
CHECK THIS LINK➲ https://t.me/PinEye_Bot/pineye?startapp=r_5829855799

INFORMATION HUB - Kaayyoo

18 Jan, 19:17


Wandootti sababa gogiinsaan balaan Ibiddaa uumame

Godina Arsii Lixaa Aanaa Wandoo Ganda Gootuu Onoomaatti guyyaa har'aa saa'aatii 10:00tti sababa gogiinsaatiin balaan ibidda fiixee gaara Abaaroo irratti kan uumame yemmuu ta'u, balaa ibiddaa gaaricharratti gahe hirmaannaa hawaasaatiin dhaamsuuf yaaliin taasifamaa jira.

Garuu odeeffannoon Wondotti 'Voolkanatu uumame' jedhu soba ta'uu gamanuumaan hubachuun barbaachisaadha.

Via: Kominikeeshinii Godina Arsii Lixaa

INFORMATION HUB - Kaayyoo

18 Jan, 16:11


Zoo Riddle of the day

Answer➲ Tasmanian Devil

Working link➲ t.me/zoo_story_bot/game?startapp=ref5829855799

INFORMATION HUB - Kaayyoo

18 Jan, 14:59


Donot daily combo
January 18/2025

Link➲ https://t.me/donot/game?startapp=5829855799

INFORMATION HUB - Kaayyoo

18 Jan, 11:18


#Update : Tik Tok Wiixata dhufu kana Ameerikaatti tajaajila isaa akka xumuru beeksise.

TikTok akka jedhetti, uggurri kun hojiirra ooluu isaa dura mootummaan yoo gidduu seene malee, Wiixata dhufu irraa eegalee US keessatti appii kana fayyadamuu dhaabuuf akka dirqamu ibseera.

Dhaabbatichi ibsa baaseen Waayit Haawusii fi Ministeerri Haqaa ''iftoominaa fi mirkaneessa waltajjiin miidiyaa hawaasaa itti fufiinsaan jiraachuuf bu'uuraa ta'e kennuu dhabuu isaanii'' ibseera.

Mootummaan gidduu seenee uggura kana cabsuu isaatiin akka hin adabamne yoo itti mirkaneesse malee, Tik Tok "boru Wiixata iyyata kana gurraacha'uuf nan dirqama" jechuun beeksiseera.

TikTok fayyadamtoota miliyoona 170 kan qabu TikTok hanga boruutti yoo gurgurame malee US keessatti fayyadamuu akka hin dandeenye Manni Murtii Olaanaa biyyattii murtee kaleessa dabarsee ture.

Yaadni ture uggurri kun fayyadamtoota duraanuu TikTok bilbila isaanii irratti fe'amee ture irratti dhiibbaa akka hin geessisne ture; Garuu uggurri kun erga hojiirra oolee booda appichi update tokkollee waan hin arganneef kanaan booda miidiyaaleen hawaasaa yeroon darbaa deema.

Haa ta'u malee ibsa Tik Tok baaseen fayyadamtoota amma jiranii fi fayyadamtoota haaraa application kana buufachuu fi fe'uu barbaadaniif hatattamaan tajaajila kana akka dhaabu ibseera.

Odeeffannoon BBC irraati.

INFORMATION HUB - Kaayyoo

18 Jan, 10:28


Beeksisa jijjiirraa guyyaa qormaataa.

INFORMATION HUB - Kaayyoo

18 Jan, 10:26


Hordoftoonni amantii kiristaanaa (Ortodoksii) martuu baga kabaja ayyaana cuuphaa bara 2017 nagaan geessan.

መላው የክርስትና (ኦርቶዶክስ) እምነት ተከታዮች እንኳን ለ2017 ዓ/ም የጥምቀት በዓል በሰላም አደረሳችሁ።

INFORMATION HUB - Kaayyoo

18 Jan, 09:37


Jijjiirraa
Baayyina:6
#Jimmaa
Galmeen:20-30/5/2017

INFORMATION HUB - Kaayyoo

18 Jan, 07:17


Deebiin Rebus the day Zoo har'aa ➲Herons

Liinkii➲ t.me/zoo_story_bot/game?startapp=ref5829855799

INFORMATION HUB - Kaayyoo

18 Jan, 06:57


🐼 Sagantaa Kennaa Zoo har'aa

1️⃣ Nyaanni jalqabaa sa'aatii 6:20tti dhufa

☀️Badhaasa: Nyaata Beeyladaa 1552
☀️Yeroo: Daqiiqaa 15

2️⃣ Nyaanni lammaffaan sa'aatii 9:45tti dhufa

☀️Badhaasa: Nyaata Beeyladaa 4864
☀️Yeroo: Daqiiqaa 10

3️⃣ Nyaanni Sadaffaan galgala sa'aatii 2:40 tti dhufa

☀️Badhaasa: Nyaata Beeyladaa 346
☀️Yeroo: Daqiiqaa 30

🎁🎁🎁

Carraa gaarii🥰

INFORMATION HUB - Kaayyoo

17 Jan, 21:10


NAGAAN BULAA; NAMA BORUU TA'AA🕊.

INFORMATION HUB - Kaayyoo

17 Jan, 20:20


MISEENSOTNI CHAANAALII KANAA WARREEN #ZOO HOJJECHAA JIRTAN JIRTUU?

Reaction barbaaddaniin jira jedhaa mee!

INFORMATION HUB - Kaayyoo

17 Jan, 20:19


Zoo seenaatii fudhadhaa daqiiqaa 30 qofa tura dafaa!
➲ t.me/zoo_story_bot/game?startapp=ref5829855799

INFORMATION HUB - Kaayyoo

17 Jan, 20:13


#TikTok

Tiktok Ameerikaa keessatti Dilbata dhufu irraa eegalee murtee akka ugguramuu ykn Ameerikaaf akka gurguramu jedhu manni murtee Ameerikaa raggaasiseera.

Har’a Manni Murtii Olaanaa Ameerikaa seera federaala Tiktok US keessatti akka cufamu ykn akka gurguramu dirqisiisu deeggarsa isaa kenneera.

'TikTok' ol'iyyannoo dhiheessus garuu fudhatama dhabeera.

Yeroo darbe appichi "odeeffannoo dhuunfaa lammiilee Ameerikaa mootummaa Chaayinaaf dabarsee kenna waan kana ta'eef nageenyaa biyyaatiif sodaa uumaa jechuun Tiktok akka dhorkamuu ykn lammiilee Ameerikaatti gurguramuu akka qabu murteen murtaa'uu isaa ni yaadatama.

Har'a Manni Murtii Olaanaa murtii kanaan dura kenname raggaasiseera.

Murtee kana hordofuun 'TikTok' Dilbata irraa eegalee ni dhorkama.

Uggurri kun TikTok 'Appstore' fi 'Playstore' irraa akka haqamu isa taasisa.

Fayyadamtoonni haaraan 'TikTok' buufachuu hin danda'an; Fayyadamtoonni duraa ammoo haaromsu(update) gochuu hin danda'an.

Pireezidaantiin filataman Doonaald Tiraamp Manni Murtii Olaanaa Tiktok baraaruun murtee ugguruuf kenname yeroo biraatti akka dabarsu gaafataniiru, garuu manni murtii murtii dhumaa dabarseera.

Uggura 'TikTok' tursiisuuf kan yaalan Tiraamp Wiixata dhufu aangoo ni qabatu. Raawwii labsichaas isaaniyyuu kennameera.

Murtee mana murtii booda Tiraamp "murtee kana anatu murteessa. Murteen na bira jira. Waanan hojjedhu ni argitu" jedheera.

@jobsfornation

INFORMATION HUB - Kaayyoo

14 Jan, 18:56


Waamicha Ramaddii Biiroo Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee.

.
.
.
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r

INFORMATION HUB - Kaayyoo

14 Jan, 09:56


AKKA SIN HIN DABARRE HOJIIN MINING ISAA BORU JANUARY 15 DHUMA. DAFAA EEGALAA ➲ http://t.me/seed_coin_bot/app?startapp=462578086

INFORMATION HUB - Kaayyoo

14 Jan, 09:38


[ New ]  Bunna Bank  Vacancy Jan 2025

BA Degree in Accounting/Finance/Banking and Finance /Management/Economics or other related fields.


How to Apply

https://carraadesk.com/bunna-bank-vacancy-jan-2025/

Deadline: January 17, 2025
.
.
.
.
CHECK SEED NOW➲ http://t.me/seed_coin_bot/app?startapp=462578086

INFORMATION HUB - Kaayyoo

14 Jan, 09:38


➲ t.me/seed_coin_bot/app?startapp=5829855799

INFORMATION HUB - Kaayyoo

14 Jan, 09:37


VACANCY ANNOUNCEMENT
-------------------------------------
Abay Bank S.C. invites interested and qualified applicants for the following positions.
1.  Brand Management and Communication Officer
2.  Customer Service Supervisor - Grade - 1
… and many more vacant posts.

For detail information, please visit our website with the link attached below.
https://www.abaybanksc.com/vacancy-announcement-9/
.
.
.
CHECK THIS LINK NOW➲ http://t.me/seed_coin_bot/app?startapp=462578086

INFORMATION HUB - Kaayyoo

14 Jan, 09:29


[ New ] Hijra Bank  Vacancy Jan 2025

BA/BSc in MIS, IT, Computer Science, or related fields (graduates from 2022 or later).

Bachelor’s degree in Finance, Economics, Information Technology, or a related field.



How to Apply

https://carraadesk.com/hijra-bank-vacancy-jan-2025/

Deadline: January 23, 2025

#Ads@jobsfornation
.
.
.
CHECK THIS➲ http://t.me/seed_coin_bot/app?startapp=462578086

INFORMATION HUB - Kaayyoo

14 Jan, 08:56


COOP BANK OF OROMIA EXTERNAL VACANCY ANNOUNCEMENT BY PDF
.
.
.
.
Start now Zoo mining➲ http://t.me/zoo_story_bot/game?startapp=ref5829855799

INFORMATION HUB - Kaayyoo

14 Jan, 08:54


#Ads@jobsfornation
➲ http://t.me/seed_coin_bot/app?startapp=5829855799

INFORMATION HUB - Kaayyoo

14 Jan, 08:52


External Vacancy Announcement
The Cooperative Bank of Oromia (Coopbank)

Strengthen its work units, the bank is seeking qualified, motivated, and Skilled applicants who fulfill the following requirements to fill its vacant positions.
Use the below links to apply the vacancies.

1.Job Title: - Senior HR Analyst
   Work Place: Head Office
   Registration Link: 👇 https://career55.sapsf.eu/sfcareer/jobreqcareer?jobId=3612&company=cooperat05

2.Job Title: -HR Analyst
   Work Place: Head office
   Registration Link: 👇https://career55.sapsf.eu/sfcareer/jobreqcareer?jobId=3609&company=cooperat05

3. Surveillance and Anti-Theft System Operation Officer
   Work Place: Head office
  Registration Link: 👇https://career55.sapsf.eu/sfcareer/jobreqcareer?jobId=3614&company=cooperat05

4. Job Title: - Collateral Valuator.
   Work Place: Bahir Dar District office.
   Registration Link: 👇https://career55.sapsf.eu/sfcareer/jobreqcareer?jobId=3570&company=cooperat05

Interested applicants should submit their education credential and relevant work experience through the link. The document should be PDF format and each file size shall not exceed 1MB.



5. Job Title: Driver I
Work Place: South Finfinne District Office
Qualification Requirements and Required Competencies
•  3rd-level Public 1 driving license.
•  Grade 10 completion certificate
•  A minimum of 3(Three) years of driving experience from well recognized organization. 
•  Language Fluency: Proven proficiency in listening, speaking, and writing in Afaan Oromo and Amharic.
Term of employment
•  On a definite period, Contract basis.
Registration Place: In Person at South Finfinne District Office (Jemo1, Kaku Building,4th Floor.)
Interested applicants should submit their 8th-grade certificate, Education credentials, and work experience at specified location.
•  Remuneration: As per the bank’s salary and benefits structure
•  Applicants must Attach work experience gained within the past six months.
•  Female candidates are strongly encouraged to apply.
•  Only shortlisted applicants will be contacted.
•  Application deadline: January 18,2025.

INFORMATION HUB - Kaayyoo

14 Jan, 07:32


𝗧𝗢𝗗𝗔𝗬'𝗦 𝗭𝗢𝗢 𝗚𝗜𝗙𝗧 𝗕𝗢𝗫 𝗧𝗜𝗠𝗘
𝐅𝐢𝐫𝐬𝐭 𝐆𝐢𝐟𝐭

ቀን 7:25
𝐑𝐞𝐰𝐚𝐫𝐝 :
357

𝐒𝐞𝐜𝐨𝐧𝐝 𝐆𝐢𝐟𝐭

ቀን 09:15
𝐑𝐞𝐰𝐚𝐫𝐝 :
1061

𝐓𝐡𝐢𝐫𝐝 𝐆𝐢𝐟𝐭

ማታ 05:20
𝐑𝐞𝐰𝐚𝐫𝐝 :
3022

በኛ ሰዓት አቆጣጠር

INFORMATION HUB - Kaayyoo

14 Jan, 06:01


Galmeen Qormaata  xumura kutaa 12ffaa  bara 2017 boru Amajjii 6/2017  sa'aatii 11:00 irratti xumurama .Kanaafuu warri hingalmoofne galmaayaa .

የ2017 የ12ኛ ክፍል ማጠናቀቂያ ፈተና ምዝገባ ነገ ጥር 6/2017 11:00 ላይ ይጠናቀቃል ።በመሆኑም ያልተመዘገባችሁ ተመዝገቡ።

INFORMATION HUB - Kaayyoo

14 Jan, 06:00


#Galmeen_Barattoota_Kutaa_12ffaa_Bara_2017 Qormaata Biyyoolessaa Fudhatan #Muddee_08_2017_Jalqabamee_ture Boru, #Kibxata_06_05_2017 Waaree Booda Sa'aatii #11tti Kan Goolabamu Waan Ta'eef Barattootni Sababa Adda Addaatiin Hanga Har'aatti Hin Galmaa'in Yoo Jiraatan Akka Galmaa'an Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa  Dhaamsa Dabarsan.

🔎  Oromia Education Bureau

INFORMATION HUB - Kaayyoo

14 Jan, 05:34


Vacant Positions

•Administrative Assistant
•Branch Manager -I
•District IFB Business Manager for Nekemte District
•Branch Manager -I
•Branch Manager -I
•Branch Manager –I

For application and more information, please follow this link: https://shorturl.at/EzU39
.
.
.
.

CHECK THIS NOW➲ http://t.me/seed_coin_bot/app?startapp=5829855799

3,343

subscribers

4,126

photos

44

videos