Abdii Booruu @abdyboru Channel on Telegram

Abdii Booruu

@abdyboru


Channel kun; Seenaa,Afoola,Qoosa fi kkf of keessatti Ni qabata.
Dhaloota seenaa beeku rabbi nu haa taasisu.

Abdii Booruu (Afan Oromo)

Abdii Booruu kan waa'ee Telegramitti irratti hiriira qabuun ni dandeessu. Kanumaan kan seenaa, afoola, qoosa fi kkf of keessa jiraata. Abdii Booruu, seenaa ilmaan Oromo keessatti qabdu, dhaloota beeku rabbi nu haa taasisu. Kan jedhu seenaa goototaa, faarfannaa, afoola, barsiisaa fi aadaa Oromo keessatti argamu. Kan argamaan qoosa Oromoo, fi kkf hin argamneef kan ramadu. Abdii Booruu dhaabaaf nu barsiisuuf yoo ta'u, qabsooni Oromoo cimaa saanii ta'uu dubbisti. Kan gara biyya keessa yeroo hin bahu, qeerroo Oromoo, aadaa Oromo fi seenaa Oromoo irratti hojjetame dhiheessan. Abdii Booruu kan seenaa, afoola, qoosa fi kkf of keessatti ni qabata. Dhaloota seenaa beeku rabbi nu haa taasisu. Jiraatanii 'abdyboru' akka dhugaa jiru kanatti dhufuu dandeenyutti wal hamaaakan dubbistu akka ta'eef dhiheessan.

Abdii Booruu

19 Nov, 07:18


Baankii sikkeet

Abdii Booruu

18 Nov, 14:14


Addis International Bank S.C. (AdIB) currently wants to hire qualified & competent Employees on permanent basis and would like to invite interested applicants.

Abdii Booruu

18 Nov, 10:55


Jenboro Real Estate

Senior Sales Consultant

Required More than 40

Abdii Booruu

16 Nov, 11:01


Ramaddii_Barsiisota_Appilayidii_Marsaa_3ffaa_bara_2017.pdf'

Abdii Booruu

15 Nov, 08:20


https://vm.tiktok.com/ZMhsvEf17/

Abdii Booruu

14 Nov, 14:53


Guyyaa Qormaataa
Waajjira Fayyaa Godinaalee 10f
Guyyaan Qormaataa:9/3/2017

Abdii Booruu

14 Nov, 09:25


https://vm.tiktok.com/ZMhsMWPML/

Abdii Booruu

13 Nov, 14:28


BEEKSISA_RAMADDII_BARSIISOTAA
Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksisa baasee qacarrii barsiisotaa ogummaa garaa garaan eebbifaman keessaa calalee akkaataa armaan gadiin ramaddii raawwatee jira.
Barsiisonni ramadamtan hundi gaafa guyyaa 6/03/2017 irraa kaasee 👉Waajjira barnootaa godinaalee fi Bul.Magaalotaa Ramadamtanitti akka gabaastan hubachiisa. Via BBO

Baga gammaddan
Barsiisota 490

Abdii Booruu

11 Nov, 14:58


Waamicha Qormaataa
Oromia Construcation Corporation

Abdii Booruu

10 Nov, 13:06


Oromiyaa😍😍

Abdii Booruu

09 Nov, 07:38


Daandii Qilleensa Itoophiyaa

Gareen Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa
👉 TRAINEE CABIN CREW
👉 SENIOR ACCOUNTANT I

Ulaagaa
👉Qormaata seensaa yuunivarsiitii biyyoolessaa Itiyoophiyaa irratti yoo xiqqaate (xiqqaa) qabxii 200 kan galmeesse

👉 Umriin waggaa 19 hanga 30 ta'a.

👉 Dheerinni dubartootaa yoo xiqqaate meetira 1.58 fi dheerinni harkaa seentimeetira 212 yoo xiqqaate dhiirotaaf ammoo meetira 1.70 ta’uu qaba.

👉Yeroon galmee Sadaasa 08/2017 hanga Sadaasa 12/2017tti ta’a.

👉 Bakki Galmee:
- Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaama (Adaamaa)
- Addis Ababa (akkuma application banameen online ni beeksifama)
- Yuunivarsiitii Amboo (Amboo)
- Yuunivarsiitii Arbaa Minch (Arba Minch)
- Yuunivarsiitii Asoosaa (Asoosaa)

Abdii Booruu

09 Nov, 07:37


- Yuunivarsiitii Bahr Daar (Bahr Daar)
- Yuunivarsiitii Walloo (Dassee)
- Yuunivarsiitii Dirree daawwaa (Dirree Daawwaa) .
- Yuunivarsiitii Gaambeellaa (Gaambeellaa)
- Yuunivarsiitii Gondar (Gondar)
- Yuunivarsiitii Hawaasaa (Hawaasa)
- Yuunivarsiitii Jigjigaa (Jigjiga)
- Yuunivarsiitii Jimmaa (Jimmaa)
- Yuunivarsiitii Maqalee (Maqalee)
- Yuunivarsiitii Wallaggaa(Naqamtee)
- Yuunivarsiitii Madda walaabuu (Roobee)
- Yuunivarsiitii Samaraa (Samaraa) .
- Yuunivarsiitiin Walqixxee (Walqixxee) ni gaggeeffama.

Odeeffannoo dabalataa, ulaagaalee, bal’inaafi beeksisa biroo marsariitii Daandii Qilleensaa Itoophiyaa kanarraa argattu
https://corporate.ethiopianairlines.com/

Abdii Booruu

03 Nov, 10:14


Addis Midea Network
Baay'ina 10
Muuxannoo 0 fii isaa ol

Abdii Booruu

03 Nov, 10:14


Qacarrii Atileetootaa
Ulaagaa
Dorgomee 1 hanga 3 kan ba'e qofa
Guyyaan Galmee hanga 29/02/2017

Abdii Booruu

02 Nov, 13:34


Beeksisa Waamicha Qormaataa
Oromia Construction Corporation

Abdii Booruu

02 Nov, 13:32


Health Development Ant-Malaria Association

Abdii Booruu

02 Nov, 08:46


#Beeksisa_Waliif Qooda!
Biiroo Misooma Jallisii fii Horsiisee Bulaa Oromiyaa
Gita Hojii: Opreetara Riigii
Ogummaa: Diploma/10+2 Awutoo makaniikaa fii Eeyyama Konkolaachisaa Sadarkaa 4
Muuxannoo:waggaa 4
Baayyina:4
2 Makaniikaa Riigii II
Ogummaa: Diploma/10+3 Awutoo Makaniikaa
Muuxannoo: waggaa 2
Galmeen Hanga:4/3/2017

Abdii Booruu

02 Nov, 05:35


Ethiopian Civil Service University
👉 Selected 2017EC PhD Candidates

Abdii Booruu

01 Nov, 15:38


Beeksisa Yuunivarsitii Wallaggaa

Namoota hedduu barabaada

Abdii Booruu

31 Oct, 10:57


Beeksisa OBN Damee Harargee Lixaa

Abdii Booruu

31 Oct, 10:18


🎴Ethiopian Standard Institute🎴

▪️Deadline: Novemeber 09/24

Abdii Booruu

30 Oct, 15:17


Beeksisa Qacarrii
Ogeeyyii Fayyaa Godina Jimmaa
Namoota 670 ol barabaada

Abdii Booruu

30 Oct, 15:16


#BEEKSISA_WAAMICHA #LEENJII_BARSIISUMMAA
#######
Onkoloolessa 20/2017, Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2014, 2015fi 2016tti Fudhataniifi Kanneen #Ulaagaa guutan filatee Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa 13 Qabu keessatti ogummaa barsiisummaan agantaa Dippiloomaafi Sartifikeetiin leenjisuu barbaada.

Kanaaf, Barattoonni Ulaagaa armaan gadii guuttan Onkoloolessa 25-27/2017tti #Kolleejjii #Barnoota_Barsiisotaa 13fi Iddoowwan #Galmee_Kolleejjonni_Mijeessanitti galmaa'uu kan dandeessan ta'uu hubachiifna. Via BBO

Abdii Booruu

30 Oct, 12:38


Beeksisa Qacarrii
Ogeeyyii Fayyaa Godina Gujii.

Abdii Booruu

30 Oct, 12:37


Beeksisa
Coop Bank of Oromia

Abdii Booruu

30 Oct, 08:51


Waajjira Fayyaa Godina Qellamma Wallaggaa

Abdii Booruu

30 Oct, 06:15


Waajjira Eegumsa Fayyaa G/W/Bahaa
Baayyina:40
Muuxannoo:0 year
Galmeen:19-29/2/2017 tti
Bakki Galmee: Waajjira Fayyaa G/W/Bahaa, kutaa Lakk.05 tti galmaa'uu dandeessu

Abdii Booruu

29 Oct, 16:55


Beeksisa qaxarrii ogeeyyota
Fayyaa Godina Gujii Lixaa

Abdii Booruu

26 Oct, 17:21


Biiroo Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaatti Waajjira Carraa Hojii Uumuu Godina Booranaa
👉Leenjistoota Qacaruu barbaada.
👉 Galmeen hanga 27/02/2017
👉 Bakki Galmee Waajjira Carraa Hojii Uumuu Godina Booranaa

Abdii Booruu

25 Oct, 21:41


🎴Hijira Bank SC🎴

▪️Job Position 1 - Share  Sales Manager
▪️Job Position 2 - Senior Institutional Banking Officer
▪️Job Position 3 - Institutional Banking Officer
▪️Find More Details here
               💧💧💧💧💧
https://kebenajobs.com/job/hijra-bank-sc-oct-25-24/

▪️Deadline: November 04/24

Abdii Booruu

25 Oct, 16:11


Ethiopian News Service
Baayyina:4
Bakki Hojii:
👉Amboo
👉Hosaanaa
👉 Wolaita Soddoo
👉Walqixxee
Galmeen Hanga:22/2/2017

Abdii Booruu

25 Oct, 15:27


Baankii Gamtaa Oromiyaa
Gita hojii:
👉 Office Assistance II
👉 Electrician
👉 Senior AML/CFT Officer
Galmeen hanga:20/2/2017
Galmeen Online:
1. Gita hojii: Senior AML/CFT Officer
Registration link: https://career55.sapsf.eu/sfcareer/jobreqcareer?jobId=2965&company=cooperat05
2. Gita hojii: Electrician
Registration Link:https://career55.sapsf.eu/sfcareer/jobreqcareer?jobId=3235&company=cooperat05
3.Gita hojii: Office Assistant II
Registration Link: https://career55.sapsf.eu/sfcareer/jobreqcareer?jobId=3230&company=cooperat05

Abdii Booruu

25 Oct, 15:18


Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti Giddu-Gala Giddina Ogummaa fi Haaromsa Dubartoota Boruuf
👉 Baayyina: 90+
👉 Qaxarriin: Dhaabbii
👉 Bakki hojii: Head office
👉 Muuxannoo:0 fii 0 malee
👉 Galmeen hanga:26/2/2017
👉 Bakki Galmee: Finfinnee,Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittii bukkeen 500m keessa seenuun argattu.
👉 Dorgomaan Dhaabbata dhuunfaa irraa dhiyaatu, ragaa kaffaltii gibiraa Dhiyeeffachuu qaba.
👉Dorgomaan Level: I,II,III,IV,COC qabaachuu qaba.
Ogummaa hedduu of keessaa qaba.
Waliif qoodaa.