🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊 @foowzn Channel on Telegram

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

@foowzn


Assalamu Aleeykum Warahmattullahi wabaraakatu
inshaa Allaah wan kara chaanaali kanaan barsiifna jennee abdannu
👇
➪Fazakiir
➪Seenaa Rassulaa S A W,
➪ Barnoota kiitaban aqiida
➪Gaaffi fi deebii
➪ jeechoota haayyota,
➪ seenale adda addaa,
Yaadaf @Foowzan

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊 (Amharic)

ኧማህሪኽ በሰላም የሚመጣው፡ ብዙስ እያንዳንዱ ላይ እያሉ የሚለየውን የተስፋና የቀንግና ፍርድ ጥሎችን እንቀናል። ይህ ብዙሳ ይከላከል፤ ይህች ማህተምህን መናት፤ የፋትስ እስከ ረሱል፤ ብርሀንስ እኤራድም፤ ገፁሽ ፍይን፤ ምት ትሕጄትስ ሀይይትነለ፤ ሰናሉ አፅአ፣ በርኦኦታ ኪዕታባን፡ ጋፊ ፍፊ ድኢቢ፡ ጄቾኦታ ሀይዮታ፡ ሰሳኒለ አዳዳ፡ ያዳፋ፨ ፊኦዊወሽ

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

09 Feb, 03:14


🌤አሳዛኝ ታሪክ እናቴን ማን ነው የሚገዛኝ🌤                                                           
     🌺✶… ኡሚ ኡሚ ኡሚ…🌺

🌹አንድ ወጣት በጣም ቆንጆ የሆነች
ልጅ ይወድና  ለጋብቻ 💍ያጫታል
ከተጫጩ  በኃላ ግን ግልፅ  በሆነ
አረፍተ ነገርእናቱን እንደማትወዳት እና
  አብራቸው መኖር እንደማትፈልግ ትነግረዋለች ።
እሱን  ብትወደውም እናቱን ግን.....READ MORE

𝐉𝐎𝐈𝐍/𝐇𝐄𝐑𝐄ተጫኑና ሙሉ ታሪኩን አንብቡት👇

🟠𝐀𝐝𝐝 𝐘𝐨𝐮𝐫 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 🟠
        👇👇👇👇
🛰WAVE :-@HudHud_waver

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

08 Feb, 19:20


Waa 3 Rabbi sirraa haa qabu
1. Dhukkuba hamaa
2. Jaartii hamtuu
3. Miskiinummaa

@Foowzn

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

08 Feb, 12:53


Mee xiqqo seeqqadhu
Namni tokko "Zuleeykhaan Nabi Yuusuf booda eenyu heerumte?" Ja'ee Sheikh Saalih Al-foowzaan gaafannaan:

Sheekhni;

"ذالك عرس لم نشهده"
"Aruusa Ani hin dhaqin nagaafatte" ja'ee deebiseef 😀😀😀

@Foowzn

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

07 Feb, 17:54


Maaliif garuu waan du’u ka nati hin fakkannef
akka waan zalalama jiradhuutti Yaada
miirri akkana isinitti dhagahamee beekaa?
 
  moo ana qofa dhamaasa jiraa....


@foowzn

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

03 Feb, 13:17


jaalalli 👇👇👇

nama bareedaa jaalachuu miti
Nama guutuu ta'e barbaadus miti
Uuman ala namni guutun hin jiruuti.
Dureessa barbaadus miti
jaalalli qarshiidhan hin hojjatamu.

Jaalalli

nama si kabaju
nama siif yaadu
nama si hubatu
si jaalachuu isaatti/isheetti kan gammadu/ddu
Eenyummaa ati qabdu waliin kan si jaalatu
haala kam keessattuu nama si jaalatu argachuudha.💯


@foowzn

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

02 Feb, 11:32


√wanti 3 beellama malee dhufaa
      √Rizqii,
     √Qadaraa,
     √Du'aa
∆ yaa rabbii..........
- Rizqii kenyaa halala
- Qadaraa kenyaa midhagaa nuuf godhii
- Du'aa kenyaa immoo shahadaa nuuf godhii

Aamiin hin jettanii?

@foowzn

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

28 Jan, 03:17


◇ Of Yaadachuu◇
👌ilmi namaa hunduu ni bariisifata......🌤
👌gariin nama waytuma bariisifaterraa ka'ee lubbuu ofii bita.ibidda jalaa...keyrii dalagee.
🌿jalqaba salaata subhiitiin banata.
🌿azkaara sabaahaatiin eegalata barii isaa.
🌿Qur'aanaan banata qoma
isaa.
👌gariin namaa weytuma ka'erraa lubbuu isaa gurgurata.ibiddatti.hamtuu dalagee.
🌿salaata isaa yeroon hin salaatu.
🌿ykn salaata subhiitiinuu wal hin beeku.
🌿Azkaara ganamaa hin dubbisu.
🌿Qur'aanaan bariisifachuuf bakka hin qabu.
👌qooyi!?qooyi?!...........
🫵Ati hoo hadha lubbuu tee bitte moo ni gurguratte.!?.......
🌿salaata subhii yeroodhaan salaattee?
🌿Azkaara ganamaa dubbistee.?
🌿Qur'aana hoo dubbistee.?
🫣moo ati akkuma kaateenuu mobile kee message laalte.
🫣moo online seente.

hadhuma of yaadadhu..ofiillee yaadi.
hadhuma dammaqi.
hadhuma of gaafadhu.
hadhuma gama rabbii deebi'ii lubbuu tee bitadhuun dhaamsa kiyya.

@foowzn

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

26 Jan, 16:33


#JAALALAA_fi_KABAJAA

waan ilmi namaa horachuu qabu keessaa
irra guddaan kabajaadha.

Namni ilma namaa kabaju kabajamaadha.
Eenyummaan nama tokkoo haga inni nama kabajuuni.
Irra bareedaan waan ilmi namaa qalbii ilma namaa keessatti horatuu kabajaadha.

Jaalalaafii kabajaan waan ilma namaa xiqqaafii guddaaf dhiiraafii shamaraafiis
akkaan barbaachisuudha.

jaalalti kabajaan bira hin jirre hin turtu akkasuma kabajni jaalalti bira hin jirrees laaftuudha yokaahuu foorjiiki.

Yaa Rabbi kabajaa fi jaalala teetii fi tan gabroottan keetii nubadhaasi.

@Foowzn

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

20 Jan, 10:23


•••••••••••••••••••••••••••••••••••••

wallahi
Akka salaatuuf kan si Gorsuu
Caala kan si jaalaatu hin jiru.



•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

@foowzn

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

19 Jan, 10:40


🛰𝐖𝐀𝐕𝐄 тιмє🛰🛰𝐖𝐀𝐕𝐄 тιмє🛰

🛰🛰🛰📲𝐖𝐀𝐕𝐄📲🛰🛰🛰🛰📢

💎የኢስላሚክ ሱና ቻናል ባለቤቶች ብቻ💎

🚦ማሳሰቢያ🚦
         👇👇👇👇👇👇👇
🧿𝐀ɓσѵє📸1🅺+ѕυвѕ¢яιвє
🧿𝐀ɓσѵε📸5🅺+ ѕυвѕ¢яιвє
🧿𝐀ɓσѵε📸10🅺+ѕυвѕ¢яιвє
🧿Aɓσѵε📸15🅺+ѕυвѕ¢яιвє
🧿𝐀ɓσѵε📸20🅺+ѕυвѕ¢яιвє
🧿𝐀ɓσѵε📸30🅺+ѕυвѕ¢яιвє
🧿𝐀вσνє📸50🅺+ѕυвѕ¢яιвє


🚦🅸︎🅽︎🅱🅾︎🆇︎🅼︎🅴︎💌👇҉꙰҉

👉1𝐧𝐝 𝐅𝐎𝐋𝐃𝐄𝐑....... 👇👇👇👇
https://t.me/addlist/ADIco8IdBshlYmVk
🛰ωανє;-
@HudHud_waver👈አዋሩኝ
🛰ωανє;-
@HudHud_waver👈አዋሩኝ
👉2st 𝐅𝐎𝐋𝐃𝐄𝐑... 👇👇👇
https://t.me/addlist/i4V_-6ZT7WJhNDk0
🛰ωανє;-
@HudHud_waver👈አዋሩኝ
https://t.me/addlist/ADIco8IdBshlYmVk

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

17 Jan, 17:00


Gurbaatu intala bultiif gaafatee.......
isheeniis dideen.

"Maaliif didee" jennaan
"bayye hiyyeessa, #qarshii_qofa_qaba" jette

@foowzn

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

16 Jan, 19:13


اللَّهُــمَّ صَلِّ وَسَـــلِّمْ وَبَارِكْ على نَبِيِّنَـــا مُحمَّدﷺ

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

14 Jan, 22:20


ለቻናላችን ቤተሰቦች  በሙሉ ። ኪስን የማይጎዳ ምንም አይነት Side Effect የሌለው፣ በአጭር ጊዜ ውስጥ ትልቅ የሰውነት ለውጥ የሚያሳያችሁን ኦርጅናል የየመን ማር ይዘንላችሁ መተናል። እዘዙን ያላቺሁበት እናመጣለን!!

በተፈጥሮአዊ መንገድ በአጭር ቀናት ለመወፈር የሚረዳ ንፁህ ማር ለወንድም ለሴትም የተዘጋጀ ይዘዙን...በየክፍለሀገሩም እናደርሳለን ።

በብዛት ለሚፈልግ  በቅናሽ እናስረክባለን 

ስልክ ፦0986703904

ቴሌግራም፦ @Jentit1
ነፃ delivriy

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

13 Jan, 18:22


Abuu Hureyrah (R.A) irraa odeeffannootti,
Ergamaan Rabbii (saw) akkana jedhu:

"Namni rabbii fi guyyaa aakhiraatti amanu,toltuu haa haasa'u yookaan haa caldhisu;
Namni rabbii fi guyyaa Xumuratti amanu,ollaa isaa haa kabaju;
Namni rabbii fi guyyaa qiyaamaatti amanu, keessummaa isaa haa kabaju."

(Bukhaarii fi muslimtu gabaase)

@foowzn

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

11 Jan, 14:46


💫🤵


Gaa'illi midiyaa irratti
gaga'ame fi show itti baayyatee
barakaa fi turtii hin qabuu.

ijii itti seenaa


@foowzn @foowzn

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

10 Jan, 14:22


Yaa Rabbii
Gooftaa Gazaafii Kaaliforniyaa
wal fakkeessite Jabinni keet!!!

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

09 Jan, 06:19


✨️🌙

𝖄𝖆𝖆 𝖆𝖑𝖑𝖆𝖆𝖍
𝕽𝖆𝖒𝖆𝖉𝖆𝖆𝖓𝖆𝖆𝖓 𝖓𝖚 𝖌𝖆𝖍𝖎 𝖓𝖚𝖑𝖑𝖊𝖊
𝕽𝖆𝖒𝖆𝖉𝖆𝖆𝖓𝖆𝖓 𝖌𝖆𝖍𝖎

@foowzn

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

04 Jan, 17:08


"Qiyaamaan hin dhaabbatu" hanga (ilmiin) beekumsi godaanee Dachiin baay'inaan sossoo,untti.
NABI MUHAMMAD S,A,W.

@foowzn

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

02 Jan, 18:43


Ergamaa rahmataa
Hundaaf laphee baatu
Lubbuun koo tokkittiin
Fidaa kee haa taatu 🫶
Nagaa fi rahmanni caalaa khalqii ergamaa rabbii Nabi Muhaammadirra haa jiraatu ❤️
اللَّهُمَّ صَلِّ عَلَى مُحَمَّدٍ وَعَلَى آلِ مُحَمَّدٍ كَمَا صَلَّيْتَ عَلَى إِبْرَاهِيمَ وَعَلَى آلِ إِبْرَاهِيم إِنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ اللَّهُمَّ بَارِكَ عَلَى مُحَمَّدٍ وَعَلَى آلِ مُحَمَّدٍ كَمَا بَارَكْتَ عَلَى إِبْرَاهِيمَ وَعَلَى آلِ إِبْرَاهِيمَ إِنَّكَ حَمِيدٌ مَجِيدٌ

@foowzn @foowzn

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

02 Jan, 08:15


❤️🧕

Jaalala + Kabaja + Hubannoo + Dhiifama = Gaa'ela Gaarii! 😊

Hubby; anaaf atihoo gaa'elli keenya yoomi silaa ? 😔



@foowzn @foowzn

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

30 Dec, 16:23


bro & sis
Goonkumaa hin saalfatin >>>>>
waan 4 kanatti hin qaanfatin

1, uffata dullomaa uffachuu
~sababni uffanni kee dandetti kee waan hin ibsineef
2, Hadhaa fi abbaa dullomaa qabachu keeti
~sababni ati hardhaa jirachuun kee Sababa isaanitiin
3, Hiriyaa hiyyeessa qabachuu keeti
~sababni Hiriyyummaa keessatti sadarkaan Waan hin jirreef
4, Bifa kee laalte
~ milkaa’iin bifaan madalamu Waan hin danda’amneef

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

23 Dec, 15:26


Wantoonni sadi sammuu keenya keessa
haa jiraatuu:
Du’a jalaa miliquun akka hin jirre,
Addunyaa kanarra Raahaan qofti akka hin jirre, dubbii ilma namaa jalaa nagaya bahuun akka
hin jirre.

wantoonni 3 kun sammuu keenya keessa
nu jiraannaan tasgabbiidhaan jiraanna.

Rabbiin kanuu baasi jadhu duraa kanubaasi jadhuun wajjiin fatanaa cufa jalaa nuhaa baasu.

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

19 Dec, 15:37


⚘️Akka RABBIIN afaan kee urgeessu 🌸
Dubbii kee mi'eessu:🌺
Nabii RABBII irratti salawaata buusi 🌴


♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
@Foowzn @Foowzn @Foowzn

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

18 Dec, 16:50


Hirribni hin dhumu isan fixa jettee ciiftee sa'aa hin gubin

Guyyaa rafanii san booda kha'uun hin jirre saniif haa dalagannu !

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

17 Dec, 16:20


Namni tolli Rabbii sibira jiru alhamdulillaah ja'imee

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

17 Dec, 15:53


Dhiira ajaa'ibaa!
Maqaan isaa Ahmad Al-shar'i ja'ama. Abuu Muhammad Al-joowlaanii jachuun beekkama. Dhihoo tana miidiyaan gurguddaan addunyaan qabdu hundi gootummaa isaa himaa jiran. Garuu Kan si'ajaa'ibu waggaa 12 ol maqaa hamaa "The World's terrorist" ja'uun barbaadamaa ture. Ameerikaan nama iddoo inni jiru himeef dooraala miliyoona 10 wa'ada seentee turte. Gaafasiis miidiyaan gurguddaan addunyaan qabdu kunneen hammeenya isaa dabarsaa Turan.

Kunoo sana hunda bira taree hogganaa bulchiinsa waliigalaa Suuriyaa Ammaa tahee jira. Ammallee Rahmaan isahaa tiiysu!

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

10 Dec, 16:13


'Aayatulkursiin' suuraa tam keessatti arkamti? Hirmaadhaa 🌹

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

09 Dec, 16:13


Halkan hin bariinee fii guyyaan hin dabarre hin jiru!.🖤🥀

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

08 Dec, 14:59


Yaadachiisa bareedaa

Jireenya ilma namaa

1. Duniyaa tanarra waggoota 60 hanga 70 jiraata guddinaan
2. Barzakh ykn qabrii keeysa waggoota kumaatama
3. Guyyaa qiyaamaa tokkichi waggoota kuma 50
4. Jannata ykn ibidda keeysa ni waara ykn bara baraan ykn zalaalam jiraata.

Herregi jiruu tee waan dura aansuu qabdu dura hojjadhu!

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

03 Dec, 16:51


"سبحان من إذا أقبلت عليه بقلبك، فتح لك أبواب رحمته، وإذا سجدت له، قربك."

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

02 Dec, 20:54


አሰላማለይኩም ወረህመቱ ላሂ ወበረካትሁ እንደት ናችሁ ፈተና ነው ሁላችሁም ተሳተፉ
1 )ሹሩጡል ሶላት 8 ናቸው ሃሰት ወይም እዉነት
2 )ከወዱ ፈስፈርት ዉስጥ አንዱ አዉራን ማሳጠር ነው ሃሰት ወይም እዉነት
3 )ወረፋኡል ሃደስ ማለት ነጃሳን ማስወግድ ማለት ነው ሃሰት ወይም እዉነት
4 ) የወዱ መስፈርት 10 ነቸው
5 )ሶስት አይነት ላይ ብእር ተስታል እነሱም እብድ እሲሻለው ድረስ የተኛ እስኪነቃ ልጆች እስከማድጉ ሃሰት ወይም እዉለት
6 )ሽሩጡል ሶላት ማለት ምን ማለት ነው
ሀ )የሶላት ግደታ
ለ )መስፈርት
ሐ )ቅድመ ዝግጅት
መ )ለ እና ሐ መልስ ናቸው
7 )ሶላት ለመስግድ ነጃሳ ከስት ነገር ነው የሚወገደዉ
ሀ) 5
ለ) 4
ሐ) 3
መ) 2
8) ልጆች ስንት እድሜ ላይ ነው ለሶላት የሚታዘዙት
ሀ) 15
ለ) 7
ሐ) 10
መ) 8
9) ቆሻሻ በስት ይከፈላል
ሀ) 2
ለ) 5
ሐ)1
መ)7
10) ከሶላት መስፈርት አል እስላም የሚለዉን አንቀጥ ከቁራአን እና ከሃዲስ ምድነው ማስረጃው

by F♡♡WZAN RIDWAAN

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

02 Dec, 20:48


Shuruxu saalat be amarenya kifil 2
bay F♡♡WZAN RIDWAAN

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

30 Nov, 16:21


Rabbiin Niyyaa teessan cufa isiniif Guutee, isin haa Gammachiisu

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

29 Nov, 20:43


Namticha Juhaa ja'amuutu harree kudhan bitatee oofee gara manaa deemaa ture. Osoo kara manaa oofuu Isii tokko irra taa'ee lakkooynaan sagal qofa taate. Irraa bu'ee duubarraan lakkooynaan kudhan guutte. Deebi'ee irra taa'ee lakkooynaan sagal qofa taate. Irraa bu'ee lakkooynaan kudhanitti deebite. Achumaan "harree irra taa'ee tokko kasaaruu irra miilaan deemee harree kudhan qabaachuu naaf wayya" ja'ee miilaan deemee gara manaa gale ja'an.

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

25 Nov, 15:35


★ufitti amani  harka hin kannin  uf hin tuffatin,
★ qabeenya kamuu hin qisaasin yokaa hin balleessin,
★Yeroo hunda gaarii yaadi, gaarii hojjadhu.

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

23 Nov, 14:19


Gaafa ghafuuru-rahiim qofa dubbataa oolan waatu duuba jiraa beekhi

Rabbiin Akkuma nuu dhiisuu dandahutti nu qixaaxuus dandaha !

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

21 Nov, 21:47


اللَّهُمَّ فِي لَيْلَةِ الجُمُعَةِ المُبَارَكَةِ:

نَسْأَلُكَ يَا ذَا الجَلَالِ وَالإِكْرَامِ أَنْ تُفِيضَ عَلَيْنَا مِنْ نُورِ رَحْمَتِكَ، وَأَنْ تَمْحُوَ ذُنُوبَنَا، وَتَرْفَعَ دَرَجَاتِنَا، وَتَجْعَلَنَا مِنْ عِبَادِكَ المَقْبُولِينَ المَقْرُوبِينَ.

اللَّهُمَّ اجْعَلْ هَذِهِ اللَّيْلَةَ بَدَايَةَ خَيْرٍ لِأَيَّامِنَا، وَفَرَجًا لِكُلِّ هَمٍّ، وَسَعَةً لِكُلِّ رِزْقٍ، وَطُمَأْنِينَةً تَمْلَأُ قُلُوبَنَا. اللَّهُمَّ اجْعَلْ ذِكْرَكَ عَلَى أَلْسِنَتِنَا، وَمَحَبَّتَكَ تَغْمُرُ قُلُوبَنَا، وَرِضَاكَ غَايَتَنَا فِي الدُّنْيَا وَالآخِرَةِ.

اللَّهُمَّ إِنَّا نَسْتَوْدِعُكَ أَهْلَنَا وَأَحِبَّتَنَا، فَاحْفَظْهُمْ بِحِفْظِكَ، وَأَجِرْهُمْ مِنْ كُلِّ سُوءٍ. اللَّهُمَّ ارْزُقْنَا فِيهَا سَعَادَةً دَائِمَةً، وَاجْعَلْ لَنَا فِيهَا نَصِيبًا مِنْ رَحْمَتِكَ الَّتِي وَسِعَتْ كُلَّ شَيْءٍ.

اللَّهُمَّ أَسْأَلُكَ الجَنَّةَ وَمَا قَرَّبَ إِلَيْهَا مِنْ قَوْلٍ وَعَمَلٍ، وَأَعُوذُ بِكَ مِنَ النَّارِ وَمَا قَرَّبَ إِلَيْهَا مِنْ قَوْلٍ وَعَمَلٍ. اللَّهُمَّ اجْعَلْ هَذِهِ اللَّيْلَةَ سَعَادَةً تَمْلَأُ حَيَاتَنَا، وَرِضَاكَ غَايَةً تَحْقِّقُ آمَالَنَا.

آمِينَ يَا رَبَّ العَالَمِينَ.

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

19 Nov, 15:55


✍️𝖠𝖻𝗎𝗎 𝗁𝖺𝖺𝗆𝗂𝖽 𝖠𝖫-𝖦𝖧𝖺𝗓𝖺𝖺𝗅𝗂𝗂𝗇 (𝖱.𝖠) 𝗌𝖺𝗅𝖺𝖺𝗍𝖺 𝗂𝗅𝖺𝖺𝗅𝖼𝗁𝗂𝗌𝖾𝖾 𝖺𝗄𝗄𝖺𝗇𝖺 𝗃𝖺'𝖺𝗇𝗂𝗂 𝗃𝗂𝗋𝗎:-

"𝖶𝖺𝗇𝗍𝗈𝗈𝗍𝖺 𝗑𝗎𝗋𝖺𝖺𝗒𝖺𝗇 𝗂𝗋𝗋𝖺𝖺 𝗊𝖺𝖺𝗆𝖺 𝗄𝖾𝖾𝗍𝗂𝗂 𝖿𝗂 𝖻𝖺𝗄𝗄𝖺 𝗂𝗍𝗍𝗂 𝗌𝖺𝗀𝖺𝖽𝖽𝗎 𝗊𝗎𝗅𝗊𝗎𝗅𝗅𝖾𝖾𝗌𝗂𝗍𝖾𝖾, 𝗊𝖺𝖺𝗆𝖺 𝗌𝖺𝖺𝗅𝖺𝖺 𝗄𝖾𝖾 𝗁𝖺𝗇𝖽𝗁𝗎𝗎𝗋𝖺 𝗂𝗋𝗋𝖺𝖺 𝗁𝖺𝗇𝗀𝖺 𝗃𝗂𝗅𝖻𝖺 𝗄𝖾𝖾𝗍𝗂𝗂 𝖽𝗁𝗈𝗄𝗌𝗂𝗍𝖾𝖾 𝗒𝗈𝗈 𝗀𝖾𝗌𝗌𝗂𝗍𝖾 𝖽𝗁𝖺𝖺𝖻𝖺𝖽𝗁𝗎𝗍𝗍𝗂 𝗄𝖺𝗅𝗅𝖺𝗍𝗍𝗂𝗂 𝖪𝖺𝖺𝖻𝖺 ( 𝗊𝗂𝖻𝗅𝖺𝖺) 𝗀𝖺𝗋𝖺 𝗀𝖺𝗅𝗂, 𝗒𝖾𝗋𝗈𝗈 𝖽𝗁𝖺𝖺𝖻𝖻𝖺𝗍𝗍𝗎 𝗆𝗂𝗂𝗅𝗅𝖺𝗇 𝗍𝖾𝖾 𝗁𝖺𝖺𝗅𝖺 𝗐𝖺𝗅 𝗁𝗂𝗇 𝗊𝗎𝗇𝗇𝖺𝗆𝗇𝖾𝖾𝗇 𝗀𝗈𝖽𝗁𝗂𝗂𝗍𝗂𝗂 𝗐𝖺𝗅 𝗊𝗂𝗑𝖺 𝗀𝗈𝖽𝗁𝗎𝗎𝗇 𝗊𝖺𝗃𝖾𝖾𝗅𝗂𝗂 𝖽𝗁𝖺𝖺𝖻𝖻𝖺𝖽𝗁𝗎, 𝗌𝖺𝗇 𝖻𝗈𝗈𝖽𝖺 𝗌𝗁𝖾𝗒𝗑𝖺𝖺𝗇𝖺 𝖺𝖻𝖺𝖺𝗋𝖺𝗆𝖺 𝗂𝗋𝗋𝖺𝖺 𝗄𝖺𝗇 𝗌𝗂 𝖻𝖺𝗋𝖺𝖺𝗋𝗎 𝗊𝖺𝗋𝖺'𝗂, 𝗊𝖺𝗅𝖻𝗂𝗂𝗇 𝗍𝖾𝖾 𝗀𝖺𝗋𝖺 𝗐𝖺𝗇𝗍𝖺 𝗀𝗈𝖽𝗁𝖺𝖺 𝗃𝗂𝗋𝗍𝗎𝗎 𝖺𝗄𝗄𝖺 𝗒𝖺𝖺𝖽𝖽𝗎, 𝗒𝖺𝖺𝖽𝖺 𝖻𝗂𝗋𝗈𝗈𝗍𝗂𝗂𝖿𝗂𝗂 𝗍𝗎𝗍𝗎𝗊𝖺𝖺 𝗌𝗁𝖾𝗒𝗑𝖺𝖺𝗇𝖺𝖺 𝗂𝗋𝗋𝖺𝖺 𝖺𝗄𝗄𝖺 𝖻𝗂𝗅𝗂𝗌𝖺 𝗍𝖺𝖺𝗍𝗎 𝗀𝗈𝖽𝗁𝗎𝗎𝗇 𝖾𝖾𝗇𝗒𝗎𝗎𝗇 𝖿𝗎𝗎𝗅-𝖽𝗎𝗋𝖺 𝖺𝗄𝗄𝖺 𝖽𝗁𝖺𝖺𝖻𝖺𝖼𝗁𝖺𝖺 𝗃𝗂𝗋𝗍𝗎, 𝖾𝖾𝗇𝗒𝗎𝗎𝗇 𝖺𝗄𝗄𝖺 𝗆𝖺𝗋𝗂'𝖺𝖼𝗁𝗂𝗂𝗌𝖺𝖺 𝗃𝗂𝗋𝗍𝗎 𝗑𝗂𝗇𝗑𝖺𝗅𝗅𝗂. 𝖱𝖺𝖻𝖻𝗂𝗂 𝗄𝗁𝖾𝖾 𝗒𝗈𝗈 𝖽𝖺𝗀𝖺𝗍𝗍𝖾 𝗊𝖺𝗅𝖻𝗂𝗂𝗇 𝗍𝖾𝖾 𝗐𝖺𝗇𝗍𝗈𝗈𝗍𝖺 𝗆𝖾𝖾𝗌𝗁𝖺𝖺𝗅𝖾𝖾 𝗄𝖺𝗇𝗇𝖾𝖾𝗇 𝗈𝗇𝗇𝖾𝖾 𝗄𝖺𝗄𝖺𝖺𝗌𝖺𝗇𝗂𝗂 𝖿𝗂 𝗆𝗂𝗂𝗋𝖺 𝖻𝖺𝖽𝖺𝖺𝗇 𝗌𝖺𝗆𝗆𝗎𝗎 𝗍𝖾𝖾 𝗀𝗎𝗎𝗍𝗍𝖾𝖾 𝖿𝗂 𝗑𝖺𝗑𝗑𝖾 𝖱𝖺𝖻𝖻𝗂𝗂 𝗄𝗁𝖾𝖾 𝖺𝗄𝗄𝖺 𝗁𝗂𝗇 𝗆𝖺𝗋𝗂'𝖺𝖼𝗁𝗂𝗂𝖿𝗇𝖾 𝗈𝖿 𝖾𝖾𝗀𝗀𝖺𝖽𝗁𝗎".



♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
@Foowzn @Foowzn @Foowzn

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

17 Nov, 18:51


https://www.tiktok.com/@fowzaanridwaan?_t=8rTayZuQakp&_r=1

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

16 Nov, 18:32


Shuruxu saalat be amarenya kifil 1
bay F♡♡WZAN RIDWAAN

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

13 Nov, 19:30


Haga feete rakkoo kheessa jiraattus; qananii ofirratti wallaalte hedduutu jiraa rabbii Khee Galatoomfadhu.

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

10 Nov, 09:12


Taba armaan gadii kana Tartiibaan osoon tahin akka lakkoofsi siif himameen dubbisi
1. wahiin siif hima garuu lakkoofsa 5 laali.
2. Naaf oobsi garuu lakkoofsa 11 laali.
3. Lakkofsa 15 irraa ni arkatta.
4. Suutuma ja'i lakkoofsa 13 laali.
5. Wallaahi ati nama qaaliidha nabiratti garuu lakkoofsa 2 laali.
6.lakkoofsa 12 laali mee.
7. Wanniin siin jachuu fadhu ani siin jaaladha ❤️

8.Wanniin siin jachuu fadhe lakkoofsa 14 irra jirti.
9. Hin hifatinii lakkoofsa 4 laali.
10. Tan irraa dhumaa lakkoofsa 7 laali.
11. Yoon lakkoofsa 6 laali siin ja'e hin aarin.
12. Sidadhabsiise garuu lakkoofsa 8 laali.
13. Akkan si hifachiise niin beekha garuu lakkoofsa 10 laali.
14. Waan guddoon siif hawwa garuu
lakkoofsa 3 laali.
15. Yaa nama qaalii narraa hin aarinii lakkoofsa 13 laali

Akka itti buhaartan abdiin qaba 🥰



https://t.me/Foowzn

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

09 Nov, 16:51


Gammadi ISLAAMUMMAA qaalii badhafamtee jirtaa!

ALHAMDULILLAAH

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

09 Nov, 16:16


Khennaan rabbi na badhaase Galataaf male gaafiidhaaf harka ol qabuu na qaanfachiise

Arjaa koo galanni siif haa tahu

Osoon hin gaafatin islaamummaa na badhaase, badhaasni isaa qaaliin kun guyyaarraa guyyaatti akka waanhaariyaatti qalbii na gammachiisa, abdii jireenyaa natti hora.
Ergamaa isaa jaallatamaa saniif ummata filame kanaaf miseensa na taasise. Kanaa ol maatu hafe.
ALHAMDULILLAAH, addunyaa kanarraa islaamummaa ol badhaasni maaltu hafe ree?!

Jannata isaa qaalii san keessaa firdawsi rabbi nu haa badhaasu 🤲




♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
@Foowzn @Foowzn @Foowzn

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

08 Nov, 15:32


Jireenya kee kan ati arra komattu kana nama meeqatu ala taa'ee kajeelaa jira seete!

ALHAMDULILLAAH ja'i

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

06 Nov, 07:58


🎯Sagantaa: Seenaa Umar Ibnu khaaxab
🎯kutaa 02 ffaa
🎯 Date :Oct/23/2024
🎯 Channel : @FerhanGursum
━━━━━━━━━━━━━━
🙃Like share godhaa
Join Button👇Galatooma @FerhanGursum

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

06 Nov, 07:58


🎯Sagantaa: Seenaa Umar Ibnu khaaxab
🎯kutaa 01 ffaa
🎯 Date :Oct/23/2024
🎯 Channel : @FerhanGursum
━━━━━━━━━━━━━━
🙃Like share godhaa
Join Button👇Galatooma @FerhanGursum

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

04 Nov, 20:10


💔'#ሙሽሪትን_ማን_ገደላት?' 💔
 
...ዛሬ ለየት ያለ ቀን ነበር ሰርግ'ማይደል! ሁሉም ተሰብስበው ጨዋታ እያፈኩ፣ ልጆች እየጨፈሩ ሰፈሩ ድምቅ ብላል።   ምሽት 1 ሰአት ተኩል ገደማ "እርርርርርርርይ" የሚል ድምጽ ተሰማ። ከርቀት ነበር። ጩኸቱ እየቀረበ መጣ፤ ሁሉም እየሮጠ ወጣ አንዲት ወጣት ቀሚሷ በደም እርሷል መሬት ላይ ተዘርራለች ሁሉም የሚያዩትን ማመን አቃታቸው። አንገቷ ላይ ያለው ደም መሬቱን ሞልቶታል። ሁሉም የሚያደርገውን አያቅም። እሪታው እየሞቀ ቀለጠ.......See More

ሙሉውን ለማግኘት #OPEN ይበሉ 👇👇

Wave - @semutiyeee

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

04 Nov, 19:12


🌹💍🌺ወንዶች ሆይ🔊ማስተዳዳር ብትችሉ
ስንት ምስት እንድ ኖራቹ ነው ምትፈልጉት😁😍⁉️

🛰Wave :-@HudHud_waver🕊

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

03 Nov, 16:49


"Gaafa guyyaa ulfaataa san dabarsitu eenyutu si wajjiin turee?🥺

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

01 Nov, 16:28


Ilmi namaa si dhiisaa dilas itti hin maxxanin

Akka obboleessattis tehee akka obboleettii, akkasumas akka saahibattis nama guyyaa kheessaa wal barteen tokko haalan jaalattee qaamaa fi qalbiin itti hin maxxanin, yaadaa fi yeroo tee dilas yaada nama saniitin hin dabarsin. Akkasuma ammas waan tee tahuun hin malin irratti dilas mara yeroo fi humna tee hin gubin

An akka nama tokkotti wannin haalan ifirraa sodaadhu nama yerotti maxxanuudha, Naman guyyaa tokko hoggan ganama hirriibaa khe'e yaadan ykn zaatan if biraa dhabutti maxxanuu. Maalif jennaan nama garii osuma zaatan wajji jirtaniiti yaadan adda baatan, garii ammoo osoo wal jaalattaniiti zaatan adda baatan, yoo nama sanitti kha haalan maxxantu taate akka lachuttuu ni miidhamta jechuudha. Akkasuma ammas waan tiyya tahuun hin malin irratti yeroo tiyya hunda gubuu. Akkasuma ammas hawwii galma gahuun hin malin irratti humna tiyya qisaasuudha. Kharaa sirrii hin tahin irra deemuudhan ifirraa sodaadha.

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

01 Nov, 06:50


Yaa rabbii guyyaa jummaa kana keesaa kan dhukkubu fayyisi,
Kan booji'ame gadi lakkisiisi,
Kan madaaye fayyisi,
Lammi filisxiiniis bilisa baasi.
🇵🇸🇵🇸🇵🇸🇵🇸🇵🇸🇵🇸🇵🇸🇵🇸🇵🇸

اللهم صلى وسلم وبارك على نبينا محمد..❤️

🤲🤲🤲🤲

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

31 Oct, 18:58


Nagayaan Si Bulchee, Gammachuu Ati hin Eeginitti Rabbi Si Haa Dammeysu.🤲

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

31 Oct, 18:42


"Amantiin Islaamaa kun bakka halkanii fi guyyaan gahe hunda gahuuf jiraata".
Jedhan Rasuulli ﷺ

Halkan Gaarii 🥰


@Foowzn @Foowzn @Foowzn

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

31 Oct, 06:27


Hijaabas ni uffatti barnootas ni baratti…..
Inshallaa

@Foowzn @Foowzn @Foowzn

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

30 Oct, 14:43


Yaa Dargaggoota keenya: haadha manaa tan hijaaba islaamaa guutuu uffattu, tan qur'aanaa fi salaata isii jabeeffattu, tan jaalala Diin qabdu, tan bareedina qabdu, tan hedduu isin jaalattu, tan hedduu isin kabajju, tan 100% Ajaja (qaalii) keessan gootu, tan ilmaan gaggaarii wajjiin hortan, tan Duniyaarratti jireenya gammachuu fi jaalalaa wajjiin jiraattanii, borus jannatul Firdows wajjiin seentan Rabbiin isniif haa kennu!🤲

Dargaggeessi du'aa'ii Oowwituu tana "Aamiiin" hin jenne Ee miskiina wallahi 😀

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

30 Oct, 14:42


Shamarri Gaariin Abbaa isiitif Boona, Obboleessa isiitif Jabeenya, Jaarsa isiitif Qabeenya, Ilma isiitiif Dilbiidha. #Khalaas

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

29 Oct, 16:46


Ardii tanarraa Format sihaa godhu 🇮🇱
Sikeessatti qudraa isaa Rabbi nuhaa agarsiisu 🇮🇱

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

28 Oct, 16:52


"Addunyaa tanarraa Biyya 1 dhabamsiisi" osoo siin ja'amee Biyya tam FORMAT goota?

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

24 Oct, 15:28


Warroonni khalee du'an ar'aaf karoora qaban turan, warroonni ar'a ganama du'anis galgala khanaaf karoora qaban turan, Akka waan zalaalam jiraattuu takkatti if hin laalin. Tanaaf dhiifama godhi, onnee guutun jaaladhu, carraan khun yoom akka sirraa fuudhamu hin beeytu

Shimbirroon hoggaa jirtu mixiidha nyaatti, hoggaa duute ammoo muxiitu isii nyaata, mukhni tokko mukha kibriitaa miliyeenatti jirjiiramuu dandaha, garuu mukha miliyeena gubuuf mukha kibriitaa tokko qofa nama barbaachisa

Haalli ati keessa jirtu yeroo fedhetti jirjiiramuu dandaha, jireenya khana kheessatti nama tokkollee hin tuffattin ykn hin miidhin, Ar'a jabaa tahuu dandeessa garuu yeroon sirra jabduudha. Haalli khee hundi ni lakkaayama, hoggaa walirratti ida'ame jireenya kheetin wal qixa taha. Yeroon hin dhaabbattu, jiruun xiqqoodha, gaafam akka irraa deemtu hin beeytu.

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

22 Oct, 18:40


♨️ኢስላማዊ ጥያቄ ⁉️ቁጥር (8)

አቡ ሁረይራ (ረ.ዐ) እንዳወሱት

📌 የአላህ መልዕክተኛ (ሰ.ዐ.ወ) እንዲህ ብለዋል፡- ‹‹በተከታዮቼ ወይም በህዝቦቼ ላይ ችግር ይደርሳል ብዬ ባልሰጋ ኖሮ በእያንዳንዱ ሶላት ጋር - መጠቀምን) አዝ ነበር ብለዋል።

♨️በጣም ቀላል ጥያቄ ነው ሁላቹም
ተሳተፉበት፤ቀድማቹ መመለስ ይገባችኋል‼️

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

20 Oct, 17:04


كثير من الإخوة يعيشون في صمت لا مال لاعمل لا زواج يبتسمون بألم اللّهم أجعل لهم من كل ضيق مخرجا.🤲

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

19 Oct, 22:55


Hadiisal Qudsiin keessatti RABBIIN akkana jedhe ;”
Ani bakka gabrichi koo karoorse isaan gaha,yoo inni bakka jabduuf of karoorse achumaan isa gaha. Yoo inni bakka rakkoof of karoorses akkasuma isaaf taha. Kanaafuu akka fedheef na haa abdatu “
حديث صحيح

Capha ofitti himnaan caccabdee dhukkee taata. Jabeenyaa fi guddina ofitti himtee guddicha Arshii ol jiru sanitti erkannaan numa goonfatta!

Yaa Khiyya! Meetira karoora keetii fageessi.



♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
@Foowzn @Foowzn @Foowzn

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

19 Oct, 08:56


Du'a Booda Namni Maaliin Akka si Yaadatu Feeta___?

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

14 Oct, 20:58


Gaafa Nabi Muusaan (Aleyhi-ssalaam) ganda namaa taa’ee waggoota heddu re’ee tiksu; eenyutu inni guyyaa tokko RABBIIN wajji haasa’ee Nabiyyii taha jedhee tilmaame!?
Gaafa Nabi Muhammad (صلى الله عليه وسلم وبعثه مقاما محمودا ) gaarreen makkaa irratti re’ee Qureyshii tiksaa turan; Eenyutu akka isaan dura bu’aa uumama RABBII tahan jedhee tilmaame!? Yaa ALLAAH!!

Yaa Obboleessa koo! Yaa Obboleettii tiyya! Atillee rakkinaa fi dhiphina har’aa kee kana irra dhaabbattee boruu kee hin golgoleessin. Guyyaan ilkaan kee dura qalbiin tee kolfitu karaa jira ta’a waan ta’eef!


♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
@Foowzn @Foowzn @Foowzn

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

14 Oct, 14:31


Abjuun ati guyyoota hedduu, ji'oota hedduu fi waggotaa hedduu, guyyaa takka naaf dhugooma jattee eyduu yoo dhugumaan rabbi abdatte waan sirraa egamuu sababsatee Inshaa Allah guuyyan ati obsaan eega turte sun akka dhufu beeki amalee obsa khee itti fufii..

Obsii khee khan arraa milkaa'ina khee khan boruutiif sababa sif taha bekki khanaf Khufani kha'uun haaluma jiruti hubadhuu

khufaatin khee khan arraatis boruuf akka jabaattu si tasisa waan tahef khufee jatee bakka khufteti hin hafinii Obsi jabaadhu ni injifatta waa hunda Inshaa Allah

Heduun Nama gaddaa fi miiraa isaa ilkeedhan seeqa koflan isani keessatti dhokfatu dhugumatti namoni akkasi jajabodha..

Abshiir rabbi biraan balloodha insha Allah ❤️



♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
@Foowzn @Foowzn @Foowzn

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

13 Oct, 15:36


Lolli firaa dhiiga ilkeeti, hanga tokko ni tufta, hanga tokko ni liqmsita

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

11 Oct, 20:34


Dubbii Ajaa'ibaa tana Daa'ii Islaamaa beekkamaa Sheikh Mohammed Bin Abdurahman (Al-ariifiitu) hima.

Guyyaa tokko Janaazaan wahii Masjiida tokko seente. Saalata Janaazaa irratti salaatuuf ture. Yeroo kana namni Masjiida Sana keessa rafaa ture tokko Janaaza tana adda baafachuuf (baruuf) fuula irraa bane. Garuu, nama kana takkaa agaree hin turre. Yeroo kana "Yaa Rabbi! Namni kun keessummaa keeti. Osoo keessummaa kiyya tahee, akka gaarittiin kabajaan. Ilaahii! Ati nacaalaa kabaji" jachuun nama du'e kanaaf Du'aa'ii godhe.

Eega namticha kana salaata Janaazaa irratti salaatanii awwaalan booda namni kun Masjiiduma sanitti deebi'ee rafe. Akkuma rafeen, nama Du'aa'ii godheefii, irratti salaatee gaggeeyse kana Manaamaan haala bareedaa keessatti, isaa uffata faayaa uffatee jiru agare. Yeroo kana namtichi du'ee awwaalame kun "Sababaa Du'aa'ii teetii qofaaf dilii tiyya mara Rabbi naaf dhiiseera. Du'aa'iin tee naaf qeebalamte" isaan ja'e.

Yaa nama barruu tana dubbisutti jirtu, nama siduubatti Du'aa'ii addunyaafi Aakhiraa similkeeysitu siif godhu Rabbi siif haa heddummeeysu!
Du'aa'ii namni siif godhe mara Rabbi siif haa qeebalu!



♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
@Foowzn @Foowzn @Foowzn

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

08 Oct, 16:45


#Horii malees #Rizqii heedduutu sibira jiraatii
#Rabbiin galateeffadhu. الحمدلله رب العالمين
=======================================
Barruu tana sirritti dubbisii tan qabdu irratti galateeffadhuu tan qabne rabbiin kadhadhu.

$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$$

Gosa rizqii irraa gurguddaan iimaana, Rabbiin sodaatuu, nageenya, fayyaa gaarii, maatii, abbaa manaa, haadha manaa, ijoollee, haadhaa fi abbaa, obboleeyyan, jaarsi yokaan jaartiinii fi ijoolleen namaaf qaceeluu, hiriyyaa gaarii, beekumsa, hayyummaa, bilchina, hojii gaarii, bareedina, jaalala rabbiitii fi kan ilma namaa argachuu, haara galfii fi gammachuu, amala gaarii yokiin safuu, fudhatama argachuu fi umrii dheerachuufaadha.

Yaa Rabbi rizqii tee tan lakkoofnee fi tan hin lakkaawiniis hundaahuu nurazzaqi.


♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
@Foowzn @Foowzn @Foowzn

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

06 Oct, 22:14


اللَّهُمَّ يَا فَتَّاحُ يَا عَلِيمُ، افْتَحْ لَنَا أَبْوَابَ الخَيْرِ كُلِّهَا، وَاجْعَلْنَا مِنَ المُقْبِلِينَ عَلَى طَاعَتِكَ، وَاغْفِرْ لَنَا ذُنُوبَنَا وَارْزُقْنَا مِنْ فَضْلِكَ.🤲

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

04 Oct, 22:01


Beekhii hoggaa cufa Duniyaa irratti Akka barbaadduu fi waan barbaaddu hin arkattu. Bakki fadhiin tee %100 itti siif guutumtu JANNATA qofa!

Anaa fi ati Kan barruu tana dubbisaa jirtuus warra Malaaikaan Jannataa "baga nagayaan dhuftan" jattee simattu irraa RABBI nuhaa godhu ❣️🤲❣️



♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
@Foowzn @Foowzn @Foowzn

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

03 Oct, 21:38


‏️حُبُّ النبيِّ على الأنامِ فريضةٌ
لا تنسَ ذكرَ الهاشميِّ الأكرَمِ


إنَّ الصَّلاةَ على النبيِّ وسيلةٌ
فيها النَّجاةُ لكلِّ عَبدٍ مُسلِمِ

صَلُّوا على القمرِ المُنيرِ فإنهُ
نُورٌ تبدَّى في الغمامِ المُظلمِ

ابن الجوزي رحمه الله.

اللهم صلِّ وسلِّم على نبيّنا مُحمّد صلاةً تُحلّ بها العُقَد، وتُجاب بها الدعوات، وتُفكّ بها الكربات، صلاة ترضيك ربنا وترضيه وترضى بها عنا.

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

03 Oct, 16:41


【ወሲያ_ከምርጡ_ነብይ ﷺ】

عن أبي ذر -رضي الله عنه- قال: دخلت المسجد، فإذا رسول الله ﷺ جالس وحده،

አቡዘር ረድየሏሁዐንሁ እንዲህ ይላል፡- አንድ ቀን መስጂድ ገባው የአላህ መልክተኛ ﷺ መስጂድ ውስጥ ብቻቸውን ቁጭ ብለው ነበር፣

فقلت: يا رسول الله أوصني،

አንቱ የአላህ መልክተኛ ምከሩኝ አልኳቸው

قال: ​"أُوصيكَ بتقوى اللهِ فإنها رأسُ الأمرِ كلِّه".​

የአላህ መልክተኛ ﷺ ፦ "አላህን በመፍራት ላይ አደራ ለሁሉም ነገሮች ራስ ነውና"፤

قلتُ: يا رسولَ اللهِ زِدْنِي،

አቡዘር ፦ አንቱ የአላህ መልክተኛ ይጨምሩኝ

قال: ​"عليك بتلاوةِ القرآنِ، وذِكرِ اللهِ، فإنَّهُ نورٌ لك في الأرضِ، وذخرٌ لك في السماءِ".

የአላህ መልክተኛ ﷺ ፦ "ቁርአን በማንበብና አላህን በማውሳት ላይ አደራ በሰማይ
እንድትወሳ በምድር ብርሀን ይሆንልሀልና"፤

قلتُ: يا رسولَ اللهِ زِدْني،

አቡዘር ፦ አንቱ የአላህ መልክተኛ ይጨምሩኝ

قال: ​"إياك وكثرةَ الضحكِ فإنَّهُ يُميتُ القلبَ، ويذهبُ بنورِ الوجهِ".​

የአላህ መልክተኛ ﷺ ፦ "አደራ ሳቅን አታብዛ መሳቅ ልብን ይገድላል ፣ የፊትን ኑር
ይወስዳልና"፤

قلتُ: يا رسولَ اللهِ زِدْنِي،

አቡዘር ፦ አንቱ የአላህ መልክተኛ ይጨምሩኝ

قال: ​"عليك بالجهادِ، فإنَّهُ رهبانيةُ أُمَّتِي".​

የአላህ መልክተኛ ﷺ ፦ "በጂሃድ ላይ አደራ እሱኮ የኡመቴ ረህባንያ ነው"፤

قلتُ: يا رسولَ اللهِ زدني،

አቡዘር ፦ አንቱ የአላህ መልክተኛ ይጨምሩኝ

قال: ​"أَحِبَّ المساكين وجالِسْهُمْ".​

የአላህ መልክተኛ ﷺ ፦ 'ሚስኪኖችን ውደዳቸው ተቀማመጣቸውም" ፤

قلتُ: يا رسولَ اللهِ زدني،

አቡዘር ፦ አንቱ የአላህ መልክተኛ ይጨምሩኝ

قال: ​"انظر إلى من هو تحتَك، ولا تنظر إلى من هو فوقَك فإنَّهُ أجدرُ أن لا تزدري نعمةَ اللهِ عندَك".

የአላህ መልክተኛ ﷺ ፦"በዱንያ ከበታችክ ያለው ሰው ተመልከት ካንተ በላይ ያለውን አትመልከት እንዲህ ካደረክ የአሏህ የዋለልን ፀጋ አሳንሰህ አታይም [ታመሰግነዋለህ]"፣

قلتُ: يا رسولَ اللهِ زِدْنِي،

አቡዘር ፦ አንቱ የአላህ መልክተኛ ይጨምሩኝ

قال: ​"قُلِ الحقَّ وإن كان مُرًّا"​

የአላህ መልክተኛ ﷺ ፦ "እውነትን ተናገር መራራ እንኳን ቢሆን"።

[صحيح الترغيب للإمام الألباني] 【2233】

♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
@Foowzn @Foowzn @Foowzn

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

29 Sep, 16:09


يَا رَبَّ الأَرْضِ وَالسَّمَاوَاتِ، اجْعَلْ قُلُوبَنَا مُطْمَئِنَّةً بِذِكْرِكَ، وَأَنْفُسَنَا رَاضِيَةً بِقَضَائِكَ، وَارْزُقْنَا مَرَافِقَةَ نَبِيِّكَ فِي جَنَّتِكَ.🤲

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

29 Sep, 00:16


Kan Duruu karaa Haraamiin Si arkate, Deebi'ee halaaliin sin barbaadu. yeroon of Eegi Obboleettii tiyya.


♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
@Foowzn @Foowzn @Foowzn
#Share... godhu hin dagaatina!*

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

27 Sep, 17:00


#Ilma_Namaa kan dubbatu keessa namni akka #hayawaanaa (beeyladaa) akka jiru beeytaa!?

===============================
Ulamaan islaamaa akkana jadhan:
Namni yeroo quraana dhaggeeffatu sodaan rabbii isatti hin dhufin, yeroo dilii isaa yaadate hin yaaddawin, yeroo ulamaan wajji taa'u waa irraa hin baratin, yeroo hayyuu saahibee humaa irraa hin hubatin, yeroo nama guddaa saahibe himmaan ( kutannoon) isaa hin dabalin
namni sun hayawaana tahuu hin dagatin.

Hayawaana (beeyladaa) Rabbiin isin hin godhin!




♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
@Foowzn @Foowzn @Foowzn
#Share... godhu hin dagaatina!*

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

26 Sep, 21:21


Jaarsa: Hoggan fuula khee arge maleeykaa na yaadachiista

Jaartii: Maleeykaa kham?

Jaarsa: Malakul mooyti🙄

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

26 Sep, 14:23


Haati manaa koo  akka na jaalattu maaliiniin beeka?

Gurbaa tokkotuu Haati manaa tiyya na jaalachuu akkamittiin beeka jechuun hayyicha tokko gaafata?
Jaartiin tee waa 14 kan daleeydu yoo ta'e si jaalatti jechuudha jedhaan. Wanni 14n san maali je'ee gaafate
1. Amala mul'ataa( fkn akkaataa ati itti deemtu,haasooytu, gocha fuula keetiin agarsiiftu fi kkf) kee dhagahuu kan jaalattu yoo taate
2. Hoggaa yaada isii faalleessite kan hin aarre yoo taate
3. Gadda ykn aaruu kee kan si wajjin qooddattu yoo ta'e( yeroo ati gadditu kan gadditu yoo ta'e)
4.  Yeroo hunda si wajjin haasawu jecha ajandaa uumuu kan feetu yoo ta'e
5. Murtee waan tokkorratti godhuun duratti kan si wajji mari'attu yoo ta'e
6. Yeroo kennaa kennituuf kan gammaddu yoo ta'e.  Kennaa xiqqoos maa hin taane
7. Yeroo hunda si gargaaruu kan yaaltu / dalagaa garii sirraa hojjachuu kan feetu yoo ta'e
8. Yoo ati bira hin jiraanne kan siif yaaddooytu yoo ta'e
9. Waan si gammachiisu hojjachuurratti kan xiyyeeffattu yoo ta'e fi waan si aarsu gonkumaa irra deebite kan hin hojjanne yoo ta'e
10. Mindaa xiqqaa argachuun kee kan isii hin yaachifne yoo ta'e.
11. Miidhaa ati irraan geessisturratti kan obsitu yoo ta'e
12. Waan ati jaalattu hunda si wajjin qooddachuu kan jaalattuu fi jireenya kee fi waan si bashannansiisuf bakka kan kennitu yoo ta'e
13. Wanti ati daleeydu kan isii hin saalfachiifne  yoo ta'e
14.  Oduu gammachiisaa qaama sadaffaarraa odoon taane isiirraa kan dura dhageessu yoo ta'e

* Rabbiin jaalala dhugaa san nuuf haa kennuu!!
* Haadha manaa isin jaalattu isinii haa kennuu🤲




♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
@Foowzn @Foowzn @Foowzn
#Share... godhu hin dagaatina!*

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

24 Sep, 16:19


Karaa jannataa Rabbiin Nuuf Haalaaffisu
Badii Teenya Hundaas Rabbiin Nuuf Haa Maaru🤲

🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

24 Sep, 16:05


Karaa imaltootaa
Daandiin addunyaan tuni irra
Imalaa jirtu Daandii lamaadha
Daandichii baayyee wal faalleessa
Galmi daandicha lamaaniitiis baayye
Wal dhaba
Daandiin innitokko gara jannataatti
Nama geessa
Imaltoota gaggaarii hammate imalchiisa
Inniis daandicha Rabbiin ilma namaa tiif
Dhaabeedha
Daandicha Rabbii ofii yaadatanii Isaaf ajajamaniidha
Daandichaaf kallattii ifaan ifa tahe
Kan agarsiisu qur'aana rabbiiti
Ogeeyyoonni daandicha Masmara isaa
Addaan namaaf baasu beeytoota islaamaati
Daandichi kuni i.altoota hiree gaarii qaban
Fudhatee imala saanii itti fufsiisa
Daandichi inni lammaffaa isa gara ibidda
Jahannam nama geessuudha
Xurreelee walxaxan baayye qaba
Daandiin inni kun dukkanaa waadha
Imaltoota warra carra hammeessa imalchiisa
Rabbii ofiitiif Ajajamuu dhoowwatan
Dhara dhugaa fakkeessuf dhama'an
Rabbii ofii irraan fatan
Karaan isaanii fi galmi isaaniitu
Jahannam tahuun beekkamaadha
Yaa Rabbi daandii guddicha islaamaarra
Nubuusi yaa Allaah




♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
@Foowzn @Foowzn @Foowzn
#Share... godhu hin dagaatina!*