Maaloo #Share godhaa
☆Dhaabbata: Baankii Intarnaashinaalii Addiis
☆Muuxannoo hojii: Zeeroodhaan
☆Gita hojii: Eebbifamtoota haaraa/graduate trainee
☆Barnoota: Muummee biizinasii fi itti dhiyaatan/business related fi Infoormeeshiiniif tekinoloojiin
☆ Baay'ina: 311
☆Bakki hojii: Finfinnee, Dirree Dhawaa, Gaambellaa, Naannoo Oromiyaa, Naannoo Amaaraa, Naannoo somaaliyaa,Naannoo sidaamaafi Affaaritti.
Yeroosaa Darribee isa beeksisa gaazexaarraa dubbiisee isiniif maxxansu @Add fi follow godhaa.
☆Qabxii: 2.5 fi isaa ol.
☆Eebbifamtoota :2023/2015 qofa.
☆qormaata bahiinsaa / exist Exam /kan darbe qofa.
Guyyaa galmee: hanga 11-08_2023 qofa.
Galmeen: online qofaan. 👉 https://addisbanksc.com/ Or http://jobs.addisbanksc.com/
#Hubachiisa bara baajataa kanatti qacarriin gama waajjiraalee mootummaan hin jiru waan ta’eef, ijoolleen keenya carraa argame hunda yaalaa.
Hiriyoota, aanteefi firoota keessaniif qoodaa.