Dawaa Qalbii @sammaan Channel on Telegram

Dawaa Qalbii

@sammaan


Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha
Gorsa bifa gabaaban dhihessuu
Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi.
Join godhi hiriyyoota keetis affeeri.
@Sammaan
Yaadaf ↓↓↓↓↓↓

@Rabbiiftai

Dawaa Qalbii (Amharic)

የጋብቻ ስልጠናዎችን በእናንተው ጉዳይ አሰፋ ለማንኛውም ደም እና ወዘተ ይጎብጣል? እናንተን በነጻ በማግኘት ቫኑን በማሰማር ይጠቀሙ። 'Dawaa Qalbii' ለእኛ ለሁሉም ለአዲሱ ዓለም ሰላም እና ቸሩ ነው። የትምህርትና አማራጮችን ከበደላቸው እንዴት እና እንዲገኙ እንሞከር። በዚህ ቦታ ከመነሻ ለሚያንሰው ሰው ከባታውል አለው። 'Dawaa Qalbii' በነጻነት፣ አንዴ፣ ክስንስድስ እና ከምንቸቦድ እንዴት እንወስዳለን ። የተገለፁ ታሪኩን ከማክበረብ በተከሳሽ ስለተከናከሉና መድረኩን ለምቹ. እስኪያልቁ በስምምነት የተገኘልን መዝናኛ አእምሮን እና ለምሳሌ ሞቀኒዎችን ለማከናወን ጠናክሮአል። 'Dawaa Qalbii' ከማክበረብ አንዱ አንዴ ከመሳሪያው አንዱ አጠቃላይ አንዱ ክስንስድስ እና ነቀፋውን ገና አንዱ. ፋብሪካል ጋብቻን በመጫን ላይ በከባድ ምክር እና በብልጥ ያከብርሁልንት ስቴፋን ከሆነለት የትንቢት አስፋላሽ በአስተያየም ህገ-መንግስት ውስጥ የትኛውን እና የማስፋላሽን አቅም ማረጋገጥ ይችላሉ። በትንቢት የሚለየው ነገር ነው። @Sammaan ድምጻቸውን በማበረታታቷ ወይም በሚታወቁ አጋሮች በእርከን እና በውጤት መሥያት አለባቸው። አስተዳዳሪ እና በወርቃማ ሊሺን በየሆነው በበረኸት ተመሳሳይ የቤተ-መንግስቱ ተመንጪ እና ከተመረጠው ጥናት ጋር ስናነሳሳን መነሻለን። እንዴት እንወስዳለን ።

Dawaa Qalbii

25 Jan, 10:59


💫 Urjii kana yommuu gadi tuqxu Channel baay'ee barbaachisaa tokko argatta; «JOIN» taasisuun irraa gargaarami!👇👇
                    ⇣
                   ☆
                 ☆ ☆
            ☆ 🌑.°.● . 
          ☆ ●★:.¸. ●.
        ☆ . * ●.°☆ ☆.
     ☆●●● ★ *°☆.
   ☆ ●* ●  🌚 ●°☆.
☆● *° .°●☆●°°☆.
           .°● ★  * °☆.        
             .●¸.★°●☆.
             .● ★ °☆ ●.           
             .●*●°° ☆●.
             . * ¸★°☆  ●.
             . *●¸. ★° °●.
             . ★ ° °☆★●.
.○: . * .° °☆★ ° °☆  ¸..★¸ ● ★.
.○★ . . . ★  ° °☆★ °☆ ¸. ●  ★.
.○° °☆ ¸. ● . ★°°★°☆ ☆ ● ★. 
.○ °☆ . * ● ¸ .★ ★°°☆°★● ★.
.○° :.  * •○ °★¸ ●★°°☆ .★●★.

Nu waliin yoo turtan dhugumatti ni gammaddu!

  Advertizer👇
     @Rafiqul_Islaam

Dawaa Qalbii

24 Jan, 17:15


𝑮𝑨𝑨𝑭𝑭𝑰𝑰 𝑯𝑰𝑹𝑴𝑨𝑨𝑪𝑯𝑰𝑺𝑨𝑨!!

𝑨𝒔𝒔𝒂𝒍𝒂𝒂𝒎𝒖 𝑨𝒍𝒂𝒚𝒊𝒌𝒖𝒎 𝑾𝒐𝒓𝒂𝒉𝒎𝒂𝒕𝒖𝒍𝒍𝒂𝒂𝒉𝒊 𝑾𝒐𝒃𝒂𝒓𝒂𝒌𝒂𝒂𝒕𝒖𝒉𝒖𝒖

𝑺𝒂𝒉𝒂𝒂𝒃𝒊𝒊𝒏 𝒀𝒆𝒓𝒐𝒐 𝑱𝒂𝒍𝒒𝒂𝒃𝒂𝒂𝒕𝒊𝒊𝒇 𝑰𝒔𝒍𝒂𝒂𝒎𝒖𝒎𝒎𝒂𝒂 𝑲𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒉𝒂𝒍𝒂𝒕𝒆 𝑬𝒆𝒏𝒚𝒖𝒖??

Dawaa Qalbii

24 Jan, 11:33


15K+ Channels!
       ↓Click and join us↓
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿
👉🏿👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👇🏻👇🏻👇🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿 👉🏾👉🏽  Click Here  👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👆🏻👆🏻👆🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👈🏿
👉🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👈🏿
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Waver: @Rafiqul_Islaam

   𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡
   𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
     𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬
    @hope_promotions
        

Dawaa Qalbii

23 Jan, 09:28


Barnootni Afaan Oromoo Yuunivarsiitii Ameerikaatti kennamuu eegaluu Obbo Baqqalaa Garbaa himan.

Qubee TV (Amajjii 23, 2025) Finfinnee!
Afaan Oromoo Yuunivarsiitii Kolleejjii Libiraal Aartis jedhamu kan Ameerikaa Kutaa bulchiinsa Minisootaa keessatti argamutti har'a Amajjii 23, 2025 barsiifamuu jalqabuu obbo Baqqalaa Garbaa himan.

Obbo Baqqalaa Garbaa ammoo Barsiisaa jalqabaa gosa barnootaa Afaan Oromoo Yuunivarsiiticha keessatti kennaan ta'anii qaxaramuu himan.

Kolleejii Libraal Aartis keessatti kan egalame sagantaan Afaan Oromoo sirna barnoota idilee yuunivarsiiticha keessatti hammatamee barattoonni eebbaaf kireditii isaan barbaachisu keessatti akka lakkaa'amuuf beekamee jira.

Dawaa Qalbii

22 Jan, 16:18


Dhugumaan kun oduu gammachuu ti..

Daa'iin beekkamaan addunyaa sheihk Badr Al Meshary sababa hin beekkamneen mootummaan Sa’uud Arabiyaa hidhee ture, yeroo ammaa nagahaan hidhaa bahee jira.

Maddi محمود الحسنات

Dawaa Qalbii

22 Jan, 16:14


Turkiin guyyaa gaddaa biyyaalessaa labsite.

lammiilee 76 balaa ibiddaan erga dhabdee booda Turkiin guyyaa gaddaa biyyaalessaa labsite

IbiddaTurkii Hoteela Grand Kaartel keessatti ka’een walqabatee namoonni 9 to’annoo jala oolaniiru.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡

Dawaa Qalbii

22 Jan, 11:43


አዲስ ጫወታ መዋሸት አይቻልም የስማችሁን የመጀመሪያ ፊደል በመንካት የሚመጣላችሁን ቀላል ጥያቄ መመለስ..   ዳይ ወደ ስራ👇

🄰       🄱       🄲

🄳       🄴       🄵

🄶       🄷       🄸

🄹       🄺       🄻

🄼       🄽       🄾

🄿       🅀       🅁

🅂       🅃       🅄

          🅆       🅇
      
            🅈       🅉

   መልካም  ጨዋታ😍

𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞: @Rafiqul_Islaam

Dawaa Qalbii

21 Jan, 17:43


15K+ Channels!
       ↓Click and join us↓
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿
👉🏿👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👇🏻👇🏻👇🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿 👉🏾👉🏽  Click Here  👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👆🏻👆🏻👆🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👈🏿
👉🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👈🏿
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Waver: @Rafiqul_Islaam

   𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡
   𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
     𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬
    @hope_promotions
        

Dawaa Qalbii

21 Jan, 11:11


𝙲𝙷𝙰𝙽𝙽𝙴𝙻 𝙱𝙰𝚁𝚂𝙸𝙸𝚂𝙾𝙾 𝙵𝙸 𝙱𝙰𝚂𝙷𝙰𝙽𝙽𝙰𝙽𝚂𝙸𝙸𝚂𝙾𝙾 𝚃𝙰'𝙰𝙽  𝙰𝚁𝙶𝙰𝙲𝙷𝚄𝚄𝙵 𝙼𝙰𝙻𝙻𝙰𝚃𝚃𝙾𝙾 𝙼𝙰𝙶𝙰𝚁𝙸𝙸𝚂𝙰𝙰 𝙲𝚄𝚀𝙰𝙰𝚂𝚄𝚄𝙳𝙷𝙰𝙰𝙽 𝚂𝙴𝙴𝙽𝙰𝙰!

    🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩
    🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩
    🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩
    🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩
    🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩

         𝑻𝑯𝑰𝑺 𝑰𝑺 𝑯𝑶𝑷𝑬 𝑷𝑹𝑶𝑴𝑶𝑻𝑰𝑶𝑵
          𝑨𝑫𝑽𝑬𝑹𝑻𝑰𝑺𝑰𝑵𝑮 𝑻𝑬𝑳𝑬𝑮𝑹𝑨𝑴
             𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳𝑺/𝑮𝑹𝑶𝑼𝑷𝑺
 
       𝑨𝑫𝑫 𝒀𝑶𝑼𝑹 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳

Dawaa Qalbii

21 Jan, 07:18


Deebii Gaaffilee armaan olii
1.A
2.B
3.C
4.C
5.A
6.B
7.B
8.C
9.A
10. Arkaanni laa Ilaaha Illaallaah lama isaanis:- Nafyii ykn Dhabamsiisuufi
Isbaata ykn Raggaasisuu dha
Haqaan gabbaramaan rabbiin malee hin jiru jechuudha ma'anaan

Maashaa allaah Hirmaannan keessan baayyee gaaridha.👍👍👍

Dawaa Qalbii

20 Jan, 18:41


𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀

𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂.

𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂

𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2

Ads: 👇👇👇👇
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0
https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk

Dawaa Qalbii

20 Jan, 10:53


𝐀𝐫𝐞 𝐘𝐨𝐮 𝐒𝐭𝐮𝐝𝐞𝐧𝐭?
𝐀𝐭𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚?

𝐅.𝐖: @Rafiqul_Islaam

Dawaa Qalbii

19 Jan, 18:19


𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼𝑼⁉️
𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️

Channel/Group 10K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam

Dawaa Qalbii

19 Jan, 11:00


🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa

🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ
ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ

       𝐓𝐡𝐢𝐬 𝐈𝐬 𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
         𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
          𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬
 

𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬 15𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞𝐫 @Rafiqul_Islaam

Dawaa Qalbii

19 Jan, 07:40


Nu biraa hoo akkami laata??

Dawaa Qalbii

19 Jan, 07:39


Ameerikaan Tiktok cuftee jirti Jedhamaa jira

Dawaa Qalbii

19 Jan, 07:38


አሜሪካ ቲክቶክን ዘጋች።

' ቲክቶክ ' የተባለው የአጫጭር ቪድዮ ማጋሪያ እስከ ዛሬ እሁድ ድረስ እንዲሸጥ ካልሆነ ግን እንዲታገድ የወጣው ህግ ተግባራዊ ሆኗል።

በዚህም ቲክቶክ በመላ አሜሪካ ውስጥ ከዛሬ ጀምሮ እንዳይሰራ ተደርጓል።

መተግበሪያው ገና እግዱ ተግባራዊ የሚሆንበት ሰዓት ሳይደርስ ቀደም ብሎ (ከሰዓታት በፊት) ነው የዘጋው።

እኛም ጋር ከጥቅሙ ጉዳቱ አመዝኗል ትውልዱን እያበላሸ ነው።

@yasin_nuru @yasin_nuru

Dawaa Qalbii

18 Jan, 22:30


🪴🪴السلام عليكم ورحمة الله وبركاته 🪴🪴
Gaaffilee armaan gadiitif deebii sirrii tahe filadhe 👇👇👇

1.Nabi Muhammad S.A.W ji'a kam keessa dhalatan?
A.Rabii'ul awwal. C.Rajab
B.Rabus saanii D.Jumaadus saani

2.Jalqaba Nabii tan harma hoosifte eenyu?
A.ummu habiibaa C.Haliimaa
B.Suweeybaa D.Hafsaa

3.Hojiin(Dalagaan) Nabii keennaa maalidha?
A.Maandisii C.Daldalaa
B.Ogeessa fayyaa D.AfiB'deebidha

4.Sumayyaa jennee Barreessuf qubee tam fayyadamna?
A.ث B.ص C.س D.ع

5.Haati ilma Nabii keennaa Ibraahim eenyu?
A.Maariyaatal qibxiyyaa C.Kadiijaa
B.Ummu Habiibaa. D.Aa'ishaa

6.Haadha manaa Rasuulaa keessaa tan xumurarratti nabiin fuudhan tami?.
A.Aaishaa. C.Sowdaa
B.Meeymunaa. D.Juweeyriyaa

7.Nabiyyiin kitaabni Zabuur jedhamu irratti buufame kami?
A.Nabi Iisaa C.Nabi Muusaa
B.NabiDaawud D.Nabi Ibraahim

8.Sadarkaan jannataa meeqa?
A.8 B.7 C.100 D.10

9.Afaan Nabi Aadam dubbatu afaan Kami?
A.Siryaaniyaa C.Siwaahilii
B.Arabiffa D.Ingiliffa

10.Arkaanni Laa ilaaha illallaahu meeqa?
Isaan hoo?

Carraa gaarii
☝️Hirmaadhaa!!🌴🌴🌴🌴🌴

Dawaa Qalbii

16 Jan, 13:00


Manni Murtii Aksum dhorkii hijaabaa manneen barnoota magaalattii dabarsan uggure
👇👇👇

Dawaa Qalbii

10 Jan, 11:23


አዲስ ጫወታ መዋሸት አይቻልም የስማችሁን የመጀመሪያ ፊደል በመንካት የሚመጣላችሁን ቀላል ጥያቄ መመለስ..   ዳይ ወደ ስራ👇

🄰       🄱       🄲

🄳       🄴       🄵

🄶       🄷       🄸

🄹       🄺       🄻

🄼       🄽       🄾

🄿       🅀       🅁

🅂       🅃       🅄

          🅆       🅇
      
            🅈       🅉

   መልካም  ጨዋታ😍

𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞: @Rafiqul_Islaam

Dawaa Qalbii

09 Jan, 18:35


🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa

🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ
ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ

       𝐓𝐡𝐢𝐬 𝐈𝐬 𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
         𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
          𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬
 

𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬 15𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞𝐫 @Rafiqul_Islaam

Dawaa Qalbii

09 Jan, 11:43


𝐀𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮 𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐤𝐮𝐦 𝐖𝐨𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐭𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐢 𝐖𝐨𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐚𝐭𝐮𝐡𝐮𝐮

𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐀𝐣𝐚𝐚'𝐢𝐛𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐈𝐝𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐝𝐡𝐮𝐮 𝐃𝐡𝐮𝐟𝐞𝐞𝐫𝐚𝐚 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐆𝐨𝐜𝐡𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐚 𝐈𝐧𝐧𝐢 𝐃𝐚𝐛𝐚𝐫𝐬𝐮 𝐇𝐮𝐧𝐝𝐚𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐧𝐮𝐮

𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐫𝐮𝐮 𝐁𝐢𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐃𝐚𝐛𝐚𝐥𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐨𝐬𝐚 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐄𝐞𝐠𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐚𝐧 𝐉𝐢𝐫𝐮𝐮𝐟 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐇𝐚𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐧𝐮𝐮!!

𝐒𝐚𝐠𝐚𝐧𝐭𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐈𝐧𝐧𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬𝐮

𝐀𝐝𝐬:👇👇👇
https://t.me/+VUGaT9pCfqI0YTk0

Dawaa Qalbii

08 Jan, 21:16


#Oduu_Ammee
Majlisni Naannichaa akkuma jehde dhimmicha gara seeraatti geesseera

Manni maree dhimmoota Islaamummaa Naannoo Tigraay manneen barnootaa magaalaa #Aksum garaa garaa keessatti sababa amantaa isaaniitiif qofa barattoota Muslimaa mirgi isaanii sarbameefi barnoota irraa hari'aman ilaalchisuun fala barbaacha balbala qaamolee garaa garaa rurrukutaa tureera.

Manni marechaa guyyoottan sadii qofa keessatti rakkoon kun yoo fala hin arganne hawaasa muslimaa hirmaachisee gara fala biraa barbaaduutti akka seenu ibsa baaseen akeekkachiisuu Spider Media n gabaasuun keenya ni yaadatama.

Maarree manni maree dhimmoota Islaamummaa Naannoo Tigraay akkuma kana dura ibsee ture dhimma barattoota Muslimaa manneen barnootaa magaalaa Aksum gara seeraatti geessuun himata itti banuu ibsa baaseen beeksiseera.

© Amar Temam
#SpiderMedia

Dawaa Qalbii

08 Jan, 11:17


𝙲𝙷𝙰𝙽𝙽𝙴𝙻 𝙱𝙰𝚁𝚂𝙸𝙸𝚂𝙾𝙾 𝙵𝙸 𝙱𝙰𝚂𝙷𝙰𝙽𝙽𝙰𝙽𝚂𝙸𝙸𝚂𝙾𝙾 𝚃𝙰'𝙰𝙽  𝙰𝚁𝙶𝙰𝙲𝙷𝚄𝚄𝙵 𝙼𝙰𝙻𝙻𝙰𝚃𝚃𝙾𝙾 𝙼𝙰𝙶𝙰𝚁𝙸𝙸𝚂𝙰𝙰 𝙲𝚄𝚀𝙰𝙰𝚂𝚄𝚄𝙳𝙷𝙰𝙰𝙽 𝚂𝙴𝙴𝙽𝙰𝙰!

    🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩
    🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩
    🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩
    🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩
    🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩

         𝑻𝑯𝑰𝑺 𝑰𝑺 𝑯𝑶𝑷𝑬 𝑷𝑹𝑶𝑴𝑶𝑻𝑰𝑶𝑵
          𝑨𝑫𝑽𝑬𝑹𝑻𝑰𝑺𝑰𝑵𝑮 𝑻𝑬𝑳𝑬𝑮𝑹𝑨𝑴
             𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳𝑺/𝑮𝑹𝑶𝑼𝑷𝑺
 
       𝑨𝑫𝑫 𝒀𝑶𝑼𝑹 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳

Dawaa Qalbii

08 Jan, 06:49


𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!!

𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐍𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮? 𝐌𝐚𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞 𝐘𝐨𝐨 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐚𝐧 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐓𝐚'𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐍𝐮 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!

𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐥𝐚 𝐌𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐚𝐚 𝐓𝐚𝐡𝐞𝐞𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐊𝐚𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐚𝐧 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐓𝐚𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐋𝐢𝐢𝐧𝐤𝐢𝐢 𝐆𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐓𝐮𝐪𝐚𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚!!

Ads: 👇👇
https://t.me/+6yGiMXEw3Nk1OWJk

Dawaa Qalbii

07 Jan, 16:07


Majlisni Naannoo Oromiyaa koreewwan dhiheenya moggaase waliin dhimmoota garaa garaa irratti mariyate

Spider Media : Rajab 7, 1446 AH
Manni Marii Dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa guyyaa har'aa koreewwan dhiheenya ijaare waliin dhimmoota garaa garaa irratti marii taasisuu beeksiseera.

Akkuma beekamu Manni Marii Dhimmoota Islaamummaa Naanno Oromiyaa torban lama dura Koree Boordii Gorsituu, Koree Odiitii fi Inispeekshinii, Koree Araaraa fi Ambaasaaddara Misoomaa fi Galii hundeessuun isaa ni yaadatama. Haaluma kanaan guyyaa har’aa Galma Waajjira Muummee isaatti koreewwan kana waliin Qabxilee Ijoo armaan gadii irratti balinaan maryatamee jira.

1. Rakko hawaasa muslimaa dhuunfaa fi woluu hiikuu
2. Barnoota Islaamaa ga’aa ta’e argamsisu fi bulchu
3. Dinagdeen badhaadhaa taassisuu
4. Gaaddisa hawaasa muslimaa kan ta’e Majliisa Jabeessuu fi Utubuu
5. Beekumsa sher’aatiin hawaasni hunduu kan sirritti hubate taasisu
6. Halqaa ilmii hammayyeessu
7. Tokkumaa Muslimoota bu’ura jabaarra dhaabuu
8. Tajaajila qulqulluu kennu
9. Sagantaa Da’iwaa bu’aa madaalaa deemu diriirsuu
10. Bulchiinsa Majlisaa garaa haga gadiitti Manaajimeentii isaa sirreessu fi fooyyessuu
11. Rakkoo diinagdee fi hawaasummaa hiikuu
12. Jaarmiyaalee bu’aa qabsoo ummataa ta’an tiksuu fi itti ffayyadamu
13. Imaammattoota adeemsa rakkoo hawaas-diinagdee hiikuu
14. Strategic Plaanii Mana Marichaa irra deebiin ilaaluun fooyyessuu
15. Caasaa hundaaf Leenjii Strategic Plan wajjin walmadaalu kennuun to’annoo fi Hordoffii Cimaa taassisuu.
16. Seenaa fi Hambaalee seenaa sirnaan hoogganuun beeksisuu irratti maryatee jira.

Haaluma Kanaan Koreen kun Afran walitti Qindaahuun Hojiin Waliin Mana Marichaa ceessisu irratti hojjetamuu fi akkasumas Koreen Qopha qophaatti Hojimaata Mata Mataa isaanii diriirsuun hojii eegaluun isaanii mirkanaahee jira. Koreewwan hunduu karoora mataa mataa isaanii kan baafatan yoo tahu qabxilee ijoo kana dabalatee bifa kamiin akka hojiin Manichaa milkaahu kallattiin garaa garaa kaahameera.

Dhuma irrattis Qaadii Mana Murtii Sheri’aa Waliigalaa Oromiyaa Koreewwan Hoji Raawwachiiftuu fi Koree Hunda Waadaa galchisiisuun Goolabameera jedha odeeffannoon sab-quunnamtii mana marechaa irraa arganne.

© Amar Temam

Nu hordofaa:
YouTube https://youtube.com/@Spidermedia1
Facebook https://www.facebook.com/SpiderMedia01
Telegram channel https://t.me/spidermediaa
Tik Tok https://www.tiktok.com/@spidermultimedia?_t=8bvc1u3btiv&_r=1
WhatsApp
https://whatsapp.com/channel/0029VaAgkUd8fewqlY5Jlb3I
Umma Life https://ummalife.com/Spidermedia
>#SpiderMedia

Dawaa Qalbii

07 Jan, 16:07


Majlisni Naannoo Oromiyaa koreewwan dhiheenya moggaase waliin dhimmoota garaa garaa irratti mariyate
👇👇👇

Dawaa Qalbii

25 Dec, 11:24


15K+ Channels!
       ↓Click and join us↓
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿
👉🏿👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👇🏻👇🏻👇🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿 👉🏾👉🏽  Click Here  👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👆🏻👆🏻👆🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👈🏿
👉🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👈🏿
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Waver: @Rafiqul_Islaam

   𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡
   𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
     𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬
    @hope_promotions
        

Dawaa Qalbii

25 Dec, 04:24


📌 Manicha irratti tuquudhaan banaa seenaa!
       ┏┓
       ┃┃╱╲
       ┃ ╱╱╲╲
       ╱╱╭╮╲╲
       ▔▏┗┛▕▔
    ╱▔▔▔▔▔▔▔▔▔▔  ╲
╱       ωєℓ¢σмє             ╲
   ╱╱  ┏┳┓╭╮ ┏┳┓   ╲╲
    ▔▏ ┗┻   ┃┃ ┗┻┛  ▕▔

Open Home - Click here

Dawaa Qalbii

19 Dec, 13:28


«Sahaaboonni Rasuula Rabbii ﷺ manneen isaanii kan Zikriin jiraachisan turan. akka isaaniillee ta'uu baannee isaanitti dhihaachuullee dadhabnu isaanumatti dhihaachuullee osoo yaadnee!. Habiib ibnu shahiid akkana jedha « Naafi'iin " Abdullaah ibnu umar mana isaa keessatti maal dalaga" jechuun gaafatan» innis « Dhiisaa akka isaa hin dandeeysanii. Salaata hundaaf wuduuachuu fii jidduu isaaniitti qur'aana qara'uudha"» jedheen.ღ

طبقات ابن سعد ٤ / ١٧٠

Jumadal-Sani 12,1446H

Dawaa Qalbii

16 Dec, 10:05


«Mucucaa fii Dogongora Obboleessa keetiitti gammadda taanaan Dhukkuba qalbii hamaatu si keessa jira»

« Sheikh Al-Islaam Ibn Al-kayim-rahimahullah akkana jedha‹ Mallattoo laafina qalbii mu'minaa keessaa tokko mucucaa fii dogongora obboleessa isaatirraan kan ka'e itti dhaga'amtee dhukkubsatuudha. Inumaa akka waan inni ofii dogongoreetti itti dhaga'amtee laalata. Mucucaa fii dogongora obboleessa isaatti hin gammadu.›


مدارج السالكين 1/436


Jumadal-Sani 9,1446H

Dawaa Qalbii

16 Dec, 07:08


Oduu Ammee
Perezidaantiin Turkiyyee Rajab Xayyiib Erdogaan Itiyoophiyaa daawwachuufi

#Erdogan bara Faranjoota haaraa 2025 guyyoottan muraasa booda seenu baatiiwwan lamaan jalqabaa keessa Itiyoophiyaafi Somaaliyaa akka daawwatan
dhaabbanni oduu #Anadolu gabaaseera.

Inshaa Allaah Rabbi haa milkeessu

© Amar Temam
#SpiderMedia

Dawaa Qalbii

15 Dec, 16:17


አዲስ ጫወታ መዋሸት አይቻልም የስማችሁን የመጀመሪያ ፊደል በመንካት የሚመጣላችሁን ቀላል ጥያቄ መመለስ..   ዳይ ወደ ስራ👇

🄰       🄱       🄲

🄳       🄴       🄵

🄶       🄷       🄸

🄹       🄺       🄻

🄼       🄽       🄾

🄿       🅀       🅁

🅂       🅃       🅄

          🅆       🅇
      
            🅈       🅉

   መልካም  ጨዋታ😍

𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞: @Rafiqul_Islaam

Dawaa Qalbii

15 Dec, 10:18


𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!!

𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐍𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮? 𝐌𝐚𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞 𝐘𝐨𝐨 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐚𝐧 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐓𝐚'𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐍𝐮 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!

𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐥𝐚 𝐌𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐚𝐚 𝐓𝐚𝐡𝐞𝐞𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐊𝐚𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐚𝐧 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐓𝐚𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐋𝐢𝐢𝐧𝐤𝐢𝐢 𝐆𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐓𝐮𝐪𝐚𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚!!

Ads: 👇👇
https://t.me/+6yGiMXEw3Nk1OWJk

Dawaa Qalbii

15 Dec, 06:08


𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼𝑼⁉️
𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️

Channel/Group 10K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam

Dawaa Qalbii

14 Dec, 19:20


𝐀𝐫𝐞 𝐘𝐨𝐮 𝐒𝐭𝐮𝐝𝐞𝐧𝐭?
𝐀𝐭𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚?

𝐅.𝐖: @Rafiqul_Islaam

Dawaa Qalbii

13 Dec, 17:41


Allaahu Akbar
Alhamdulillaah
Kufaatii mootummaa abbaa irree booda yeroo jalqabaatiif muslimoonni kumaatamaan lakka'aman masjiida guddicha, angafaafi seena qabeessa Al-Amwii kan #Syria magaalaa giddugala qaroominaa taate #Damasco keessatti argamutti bifa kanaan salaata Juma'aa guyyaa har'aa salaataniiru  Faaruun kan Allaah mootummaa zalaalamiiti.

https://t.me/derajemea

Dawaa Qalbii

13 Dec, 17:40


Kufaatii Al-Asaad booda, salaanni Jum’aa jalqabaa magaalaa guddoo Siiriyaa Damaasqootti kan salaatame yoo ta’u, namoonni kumaatamaan lakkaa’aman irratti hirmaataniiru.

Erga Al-Asaad aangoo irraa buqqifamee as Sooriyaa keessatti sirni salaata Jum’aa jalqabaa namoota kuma kudhaniin lakkaa’amanii oliin geggeeffameera.

Torban kana roorroofi gidiraa mana hidhaa dhiigaa, Siidnaayaa keessatti geggeeffamaa ture addunya guutuun kan daawwate yommuu ta’u , Bilisoomuu Sooriyaattis namoonni hedduun gammachuu isaanii yeroo ibsatan miidiyaa hawaasummaa gubbaatti calaqqisaa jira.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡 MIIDIYAA
@ABDII_SABAA 📡

Dawaa Qalbii

06 Dec, 11:11


𝐀𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮 𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐤𝐮𝐦 𝐖𝐨𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐭𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐢 𝐖𝐨𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐚𝐭𝐮𝐡𝐮𝐮

𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦 𝐉𝐢𝐫𝐭𝐮 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦 𝐌𝐚𝐫𝐭𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐮𝐮 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐣𝐚𝐚'𝐢𝐛𝐚𝐚 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐈𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐃𝐡𝐮𝐟𝐧𝐞𝐞 𝐉𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐌𝐚𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞 𝐈𝐬𝐢𝐧𝐢𝐦𝐦𝐨𝐨 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐓𝐚𝐚𝐬𝐢𝐬𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐍𝐮 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!

𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 𝑳𝒊𝒏𝒌 👇👇
https://t.me/+EklY9RymN2w5OGU0

𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐈𝐧𝐧𝐢 𝐊𝐞𝐧𝐧𝐮 𝐊𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐀𝐫𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐆𝐚𝐝𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢

Dawaa Qalbii

04 Dec, 17:30


https://t.me/kbbroobeercte

Dawaa Qalbii

02 Dec, 08:19


Jalbaaba dubartii muslimaa kan jennuun:

1) Harkaaf miila malee kan qaama guutuu dhoksu tahúu.
2) keessatti bareedinnaaf mijaawaa tahúu dhabuu....
3) Kan urgeeffame ykn hafuurri nama harkisaa irraa namatti dhahu tahúu dhabuu.
4) Haphii qaama namaa muldhisu tahuu dhabuu...
5) Dhiphaa irree fi sarbaa namaa muldhisu tahuu dhabuu...!
6) Uffata dhiiraatiin walfakkaachuu dhabuu...
7) Uffata kaafiraatti fakkaachuu dhabuu...
8) Uffata beekkamtii namaa kennu tahúu dhabuu...!

👇
https://t.me/tafak_or

Dawaa Qalbii

01 Dec, 07:29


" موت العالم موت العالم"

كلُّ نَفْسٍۢ ذَآئِقَةُ ٱلْمَوْتِ ۗ وَإِنَّمَا تُوَفَّوْنَ أُجُورَكُمْ يَوْمَ ٱلْقِيَٰمَةِ ۖ فَمَن زُحْزِحَ عَنِ ٱلنَّارِ وَأُدْخِلَ ٱلْجَنَّةَ فَقَدْ فَازَ ۗ وَمَا ٱلْحَيَوٰةُ ٱلدُّنْيَآ إِلَّا مَتَٰعُ ٱلْغُرُورِ.

Shekhni ,sheekha sheekhotaati
Hambaa Ulamaa'ota Baaleeti
Burqaaa beekkumsaati
Aduu diinii Rabbiiti kan isiidhaan rabbi baale ibse

Guyyaa Sunday 01/2024 gama fuula rabbi isaanii nu biraa godaanan

قال رسول الله صلى الله عليه وسلم: موت العالم مصيبة لا تجبر وثلمة لا تسد ...

Rabbiin jataan isaan haa qananiisu jechaa Maatii fii hawaasa muslimaa bal'aadhaaf obsa haa kennu .

Aaaamiin Aaaamiin Aaaamiin.

22/03/2017.
@Alrisala1

Dawaa Qalbii

30 Nov, 17:45


𝐀𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮 𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐤𝐮𝐦 𝐖𝐨𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐭𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐢 𝐖𝐨𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐚𝐭𝐮𝐡𝐮𝐮

𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦 𝐉𝐢𝐫𝐭𝐮 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦 𝐌𝐚𝐫𝐭𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐮𝐮 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐣𝐚𝐚'𝐢𝐛𝐚𝐚 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐈𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐃𝐡𝐮𝐟𝐧𝐞𝐞 𝐉𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐌𝐚𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞 𝐈𝐬𝐢𝐧𝐢𝐦𝐦𝐨𝐨 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐓𝐚𝐚𝐬𝐢𝐬𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐍𝐮 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!

𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 𝑳𝒊𝒏𝒌 👇👇
https://t.me/+EklY9RymN2w5OGU0

𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐈𝐧𝐧𝐢 𝐊𝐞𝐧𝐧𝐮 𝐊𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐀𝐫𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐆𝐚𝐝𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢

Dawaa Qalbii

29 Nov, 17:42


*|[ Ifaa Rasuularratti ﷺ Salawaata buusuu ]|*.

🖊. Ibaadaalee gurguddoo balbaloonni kheeyrii gurguddoon ittiin namaf banamtu kan sababa sababoota yaaddoon namaa namaaf of gahamuu fii diliin namaa namaaf araaramuu namaaf taatu keessa tokko  ;- Rasuularratti ﷺ Salawaata buusuudha.

🪷🖊. Rasuularratti ﷺ salawaata buusuun kheeyrii guddoodha. Rabbiin isii hojjechuurra Sawaaba gurguddaa khaayee jira. Nama salawaata tokko isarratti buuse ajriilee garagaraa 4tu isaaf argama.

1. Rabbiin Rahmata 10 isarratti buusa.
2. Toltuulee 10tu isaaf barreeffama.
3. Rabbiin sadarkaa 10 isaaf ol fuudha.
4. Diliilee 10 isarraa buufama.



🪷🖊. Ubayyi Ibn Ka'ab Radiyallaahu anhu yeroo inni du'aa'ii isaa guutuu Rasuulummarratti ﷺ salaataa fii salaama buusuun godhadha jechuun muratu Rasuulliﷺ akkana jedheen " Yoo akkas taate ; Yaaddoon kee of siif gahama,Diliin keetiif araaramni siif taasifama" ]|* .

Yaaddoo fii ciinqiin namaaf of gahamuu keessa Milkii addunyaatu jira.


Diliin namaaf araaramuu keessa immoo milkii aakhiraatu jira.


Rasuularratti ﷺ salawaata buusuun Milkiin ganda lamaanii namaaf argamtii jechuudha.

🖊. Dhimma beekamtuu taaterra tokko; Namni ciinqii fii yaaddoon isatti buutee ergasii walitti fufiinsaan Rasuularratti ﷺ salawaata buusuutti gad taa'e;

yaaddoo fii cinqii isaatii tokkoon tokkoon hiikamtu arga


. Inumaa

Rabbiin tasgabbii fii xuma'niinaa inni qalbii isaa keessatti argu isaaf bakka buusa.



🖊. Ammallee garbichi lubbuu isaatii kheeyriin bohaartee itti daddaftuu fii ma'siyaarraa baqachuun fagaattu arga. Rasuularrattiﷺ salawaata buusuun sababa guddaa rabbiin garboota isaa irratti Rahmata buusuun dukkanoota garagaraa keessa gara ifaatti isaan baasu keessa isa tokkoodha.  Yoo feete jecha rabbii oltahee kana qara'i "{

هُوَ ٱلَّذِی یُصَلِّی عَلَیۡكُمۡ وَمَلَـٰۤىِٕكَتُهُۥ لِیُخۡرِجَكُم مِّنَ ٱلظُّلُمَـٰتِ إِلَى ٱلنُّورِۚ وَكَانَ بِٱلۡمُؤۡمِنِینَ رَحِیمࣰا


}
[Surah Al-Aḥzāb: 43]


*|[ Rasuularratti ﷺ Salawaataa buusuurraa heddumeeyfadhu ]|*. Inumaa guyyaan har'aa ammaas Jumu'aadha.

Dawaa Qalbii

29 Nov, 07:31


"Doyna namaa jechuun nama ani isa biratti dubbatamee rahmata narratti hin buufneedha."
Rasuul (SAW )

"Halkan Jum'aafi guyyaa Jum'aa Salawaata narratti buusuu heddummeessaa. Salawaanni keessan narra fidamtii."
Rasuul (SAW)

Guyyaa Jum'aa keessa jirra. Kanaafuu Ergamaa Rabbiirratti rahmata haa buufnu.

اللهم صل وسلم على نبينا محمد وعلى آله وصحبه

Dawaa Qalbii

27 Nov, 14:53


𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐏𝐝𝐟 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐧𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️

📚📚📚📚📚📚📚
𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐅𝐞𝐝𝐡𝐢𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐍𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️

𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️

𝐀𝐝𝐬: 👇
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0
https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk

Dawaa Qalbii

27 Nov, 04:25


Assalaamu Alyekum warahmatullaah wabarakaatu kitaabini «ክርስቶስ ማነው» Kirstoos Enyu?"   jedhu kan hayyuu Seenaa ustaaz Ahmaddiin jabaliin barreeffame Jamaal kadiirin gara  Afaan oromootti hiikamuun dubbiftoota dhihaateera .kitaabini kun kitaabilee mata duree kana irratti barreefaman keessaa kitaaba akkaan bareeda yoo ta'u waa'ee Nibiyyullaah Iisaa(As) (Yesuus kiristoos)ilaalchisee  gaafilee murteessoo 303 of keessatti hammateera. Kitaabicha kana dubbisuun namootas dubbisiisuun akka sababa qajeellumaa taatan dhaamsa  kooti.

Teessoo kitaabicha itti argattan:-

Finfinnee
Naannoo masgiida Anwaar mana kitaabolee Islaamaa
Ayyarxeenaa
Odeeffannoo dabalataatiif
Lakkoofsa bilbilaa:

+251920781016
+251913463746

Dawaa Qalbii

27 Nov, 03:36


15K+ Channels!
       ↓Click and join us↓
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿
👉🏿👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👇🏻👇🏻👇🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿 👉🏾👉🏽  Click Here  👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👆🏻👆🏻👆🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👈🏿
👉🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👈🏿
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Waver: @Rafiqul_Islaam

   𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡
   𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
     𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬
    @hope_promotions
        

Dawaa Qalbii

26 Nov, 18:16


𝐀𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮 𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐤𝐮𝐦 𝐖𝐨𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐭𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐢 𝐖𝐨𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐚𝐭𝐮𝐡𝐮𝐮

𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦 𝐉𝐢𝐫𝐭𝐮 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦 𝐌𝐚𝐫𝐭𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐮𝐮 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐣𝐚𝐚'𝐢𝐛𝐚𝐚 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐈𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐃𝐡𝐮𝐟𝐧𝐞𝐞 𝐉𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐌𝐚𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞 𝐈𝐬𝐢𝐧𝐢𝐦𝐦𝐨𝐨 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐓𝐚𝐚𝐬𝐢𝐬𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐍𝐮 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!

𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 𝑳𝒊𝒏𝒌 👇👇
https://t.me/+EklY9RymN2w5OGU0

𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐈𝐧𝐧𝐢 𝐊𝐞𝐧𝐧𝐮 𝐊𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐀𝐫𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐆𝐚𝐝𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢

Dawaa Qalbii

26 Nov, 14:47


𝙲𝙷𝙰𝙽𝙽𝙴𝙻 𝙱𝙰𝚁𝚂𝙸𝙸𝚂𝙾𝙾 𝙵𝙸 𝙱𝙰𝚂𝙷𝙰𝙽𝙽𝙰𝙽𝚂𝙸𝙸𝚂𝙾𝙾 𝚃𝙰'𝙰𝙽  𝙰𝚁𝙶𝙰𝙲𝙷𝚄𝚄𝙵 𝙼𝙰𝙻𝙻𝙰𝚃𝚃𝙾𝙾 𝙺𝙴𝙴𝙻𝙻𝙾𝙾 𝙲𝚄𝚀𝙰𝙰𝚂𝚄𝚄𝙳𝙷𝙰𝙰𝙽 𝚂𝙴𝙴𝙽𝙰𝙰!

🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑
🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑
🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑
🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑
🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑
🌑🌒🌕🌕🌕🧡🌕🌕🌕🌘🌑
🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑
🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑
🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑
🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑
🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑
🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑
🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑
🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑
🌑🌔🌕🌕🌕💛🌕🌕🌕🌖🌑
🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑
🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑
🌑💛🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑💛🌑
🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑
🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑

Go Click the Heart 😱😱

         𝑻𝑯𝑰𝑺 𝑰𝑺 𝑯𝑶𝑷𝑬 𝑷𝑹𝑶𝑴𝑶𝑻𝑰𝑶𝑵
          𝑨𝑫𝑽𝑬𝑹𝑻𝑰𝑺𝑰𝑵𝑮 𝑻𝑬𝑳𝑬𝑮𝑹𝑨𝑴
             𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳𝑺/𝑮𝑹𝑶𝑼𝑷𝑺
 
       𝑨𝑫𝑫 𝒀𝑶𝑼𝑹 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳

Dawaa Qalbii

25 Nov, 10:57


𝐀𝐫𝐞 𝐘𝐨𝐮 𝐒𝐭𝐮𝐝𝐞𝐧𝐭?
𝐀𝐭𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚?

𝐅.𝐖: @Rafiqul_Islaam

Dawaa Qalbii

25 Nov, 04:01


𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!!

𝐀𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐃𝐮𝐫𝐚  𝐑𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐍𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐚𝐚⁉️

𝑹𝒂𝒌𝒌𝒐𝒐𝒏 𝑲𝒂𝒏𝒂 𝑭𝒖𝒓𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑻𝒂𝒋𝒂𝒂𝒋𝒊𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑸𝒐𝒑𝒉𝒐𝒐𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑱𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂

𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐚 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!!

Ads: 👇👇
https://t.me/+OTqtpj3yby1lYzU0
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8

Dawaa Qalbii

24 Nov, 15:47


𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼𝑼⁉️
𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️

Channel/Group 10K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam

Dawaa Qalbii

24 Nov, 06:22


🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa

🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ
ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ

       𝐓𝐡𝐢𝐬 𝐈𝐬 𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
         𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
          𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬
 

𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬 15𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞𝐫 @Rafiqul_Islaam

Dawaa Qalbii

23 Nov, 17:43


𝐁𝐢𝐥𝐛𝐢𝐥𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐚𝐲𝐲𝐞𝐞 𝐁𝐚𝐛𝐛𝐚𝐫𝐞𝐞𝐝𝐮𝐮 𝐓𝐚'𝐚𝐧𝐭𝐮 𝐀𝐬 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮𝐮!!  𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐍𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐌𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨 𝐃𝐢𝐢𝐦𝐚𝐚 𝐁𝐢𝐥𝐛𝐢𝐥𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐓𝐮𝐪𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐇𝐚𝐚 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐮𝐮.

    ╭━━━━━━━╮
    ┃  ●   ══ ▪️      ┃     
    ┃███████┃
    ┃███████┃
    ┃███████┃
    ┃███████┃
    ┃███████┃
    ┃███████┃
    ┃███████┃
    ┃███████┃
    ┃                        |
    ╰━━━━━━━╯

𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐍𝐚 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚 𝐉𝐞𝐭𝐭𝐮 𝐒𝐢'𝐚 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐌𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐓𝐮𝐪𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐝𝐝 𝐊𝐚𝐧 𝐉𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐓𝐮𝐪𝐢𝐢

𝑨𝒅𝒅 𝒀𝒐𝒖𝒓 𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍

Dawaa Qalbii

23 Nov, 11:36


𝐀𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮 𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐤𝐮𝐦 𝐖𝐨𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐭𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐢 𝐖𝐨𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐚𝐭𝐮𝐡𝐮𝐮

𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦 𝐉𝐢𝐫𝐭𝐮 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦 𝐌𝐚𝐫𝐭𝐢 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐮𝐮 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐣𝐚𝐚'𝐢𝐛𝐚𝐚 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐈𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐃𝐡𝐮𝐟𝐧𝐞𝐞 𝐉𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐌𝐚𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞 𝐈𝐬𝐢𝐧𝐢𝐦𝐦𝐨𝐨 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐓𝐚𝐚𝐬𝐢𝐬𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐍𝐮 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!

𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒆𝒍 𝑳𝒊𝒏𝒌 👇👇
https://t.me/+EklY9RymN2w5OGU0

𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐈𝐧𝐧𝐢 𝐊𝐞𝐧𝐧𝐮 𝐊𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐀𝐫𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐆𝐚𝐝𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢

Dawaa Qalbii

23 Nov, 06:28


DEEBII.. GAAFFII 4ffaa

Arkaanni Iimaanaa Jaha (6) Isaaniis:-


1. Rabbiitti Amanuu (الإيمان بالله)

Rabbiin malee haqaan gabbaramaan biraa akka hin jirre amanuu.

Tawhiida Rubuubiyyah: Rabbiin waan hunda uumuu, bulchuu, fi jiru hunda to'achuu keessatti tokkicha ta'uu amanuu.

Tawhiida Uluuhiyyah: Rabbiin qofaa gabbaruu fi Isa qofatti gargaarsifatuu, gabbaramaan biraa Akka hin jirree amanuu.

Tawhiida Asmaa'i wassifaati: Maqaa fi sifa rabbiin ofiin hime hunda Akka isaan maltutti Rabbiif raggaasisuu, Kan isaaf hin malle dhabamsiisuu, Isatti waa fakkeessuu irraa fagaachuu.


2. Maleeykotatti amanuu (الإيمان بالملائكة)

Malaaykonni uumamtoota Rabbiin nuura irraa isaan uume Kan ajaja rabbii raawwachuu irraa hin dinne, Kan fedhii hin qabne.

Malaaykonni dhugaa ta'uu amanuu.

Maleeykota Rabbii, hojiiwwan adda addaatuf ramadaman.

Fakkeenyaaf, Jibriil (Wahyii/Beeysisa), Mikaa'il (Rooba fi qananii qabeenya), Israafiil (Afuufaa Suurii), fi Malikul Mowt (Lubbuu baasuu). Maalik (Waardiyyaa Jahannam) beekuun hojii isaanii waliin amanuu...


3. Kitaabban Rabbiin buusetti amanuu (الإيمان بالكتب)

Rabbiin ergaa Isaa addunyaa irratti erguuf kitaabban buuse.

Qur’aanni jecha rabbii tahuu, rabbiin biraa buufamuu amanuu akkasuma kitaabban kanneen akka Tawraat, Zabuur, fi Injiil rabbiin biraa tahuu amanuu.

4.Ergamtoota Rabbiitti amanuu (الإيمان بالرسل)

Rabbiin uummata qajeelchuuf ergamtootaa(Rusultoota) isaanitti erguu.

Ergamaan hunduu dhugaan rabbiin biraa ta’uu.

Nabi Muhammad (Nabiyyii dhumaa) Ergamaa dhumaa tahuu amanuu.

Ergamtoonni  hojii fi ergaa isaanii keessatti dogoggoraa irraa bilisa ta'uu.


5. Guyyaa dhumaa (Qiyaamaatti) amanuu (الإيمان باليوم الآخر)

Guyyaa dhumaa jiraachu du'a booda kaafamuu, namni waan dalagaa ture irraa gaafatamuu.

Jannataa fi Jahannam jiraachutti amanuu


6. Qadaa fi Qadaratti amanuu (الإيمان بالقضاء والقدر)

Qadaa fi Qadariin uumama hunda keessatti fedhii fi tahiin Rabbii hunda to'achuu isaa amanuu,  Kunis:-

Rabbiin waan hundaa tahuu isaatiin dura beekuu fi murteessu isaa amanuu.

Hojii ilma namaa hunda Rabbiin beeku fi Rabbiin ala murtiin jiraachuu akka hin dandeenne amanuu.


©️ Fares Muhammed

http://T.me/Fursaan_Media
T.me/Sammaan

Dawaa Qalbii

23 Nov, 04:36


📌 Manicha irratti tuquudhaan banaa seenaa!
       ┏┓
       ┃┃╱╲
       ┃ ╱╱╲╲
       ╱╱╭╮╲╲
       ▔▏┗┛▕▔
    ╱▔▔▔▔▔▔▔▔▔▔  ╲
╱       ωєℓ¢σмє             ╲
   ╱╱  ┏┳┓╭╮ ┏┳┓   ╲╲
    ▔▏ ┗┻   ┃┃ ┗┻┛  ▕▔

Open Home - Click here

Dawaa Qalbii

20 Nov, 21:35


Konkolaataa She Muusaa Su'aalaaf bitame ilaalchisee Ergaa Kabajamoo Pireezdaantii Mana Marii Ol'aanaa Dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa She Gaalii Muktaar irraa!!!

Sadaasa 08/2017
Jumaada 15/1446

بسم الله الرحمن الرحيم
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته

"Akkuma Beekamu Ulamaan Urjii dachiiti. Ulamaan Biyya tokkoof Kabaja, jaalala,ulfinaa. Ulamaan kabajatu mala.Ulamaa kabajuun jaalachuun, Khaddamuun ammoo Amala warra Rabbi Sodaatuuti.

Guyyaa har'aa wanni argine kanuma. Sheeka keenya She Muusaa Su'aalaaf Konkolaataan bitamuuun Gammachuu guddaa nutti dhagahameera. She Muusaa Abbaa keenya kabajamaa fi jaalatamaa kanaaf Konkolaataan tokko xiqqaadha. Kanaa olitu isaaniif mala. Haa tahu garuu kunuu jalqabbii gaariidha.

Kan an galateeffachuu fedhu
Hawaasa keenya Magaalaa Riyaadh Sheeka keenyaaf kaka'umsa Mata isaaniitiin Konkolaataan kana bitanii badhaasanidha jalqaba irratti, ulfaadhaa kabajamaa, Rabbi Miizana hasanaa keessan keessa Isiniif haa kaahu jedha.

Itti Aansuun Obbolan keenya Konkolaataan kun yeroo gabaabaa keessatti biyya keessa gale Tajaajila Sheeka keenyaatiif yeroo gabaabaa keessatti akka oolu gootan Rabbi Umrii fi Qabeenya keessan keessa barkaa haa kaahu, galatoomaa!

Dhumarratti Hawaasa Magaalaa Godina harargee Magaalaa Gursum har'aa Konkolaataa Sheekaa Gammachuu Akka Konkolaataa keessaniitti gadi baatanii simattanii bareechitan rabbi isin haa bareechu".

“Ulamaa ni kabajna, Waan qabnuun bira dhaabbannaan”dhaadannoo keenya haa tahu, Horaa Bulaa!!
https://t.me/derajemea

Dawaa Qalbii

20 Nov, 10:59


𝐀𝐫𝐞 𝐘𝐨𝐮 𝐒𝐭𝐮𝐝𝐞𝐧𝐭?
𝐀𝐭𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚?

𝐅.𝐖: @Rafiqul_Islaam

Dawaa Qalbii

20 Nov, 04:33


🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa

🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ
ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ

       𝐓𝐡𝐢𝐬 𝐈𝐬 𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
         𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
          𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬
 

𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬 15𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞𝐫 @Rafiqul_Islaam

Dawaa Qalbii

19 Nov, 18:12


Assalaamu alayikum worahmatullaahi wobarakaatuhuu

Chaanaalii Ajaa'ibaa kana isiniif qabannee dhufneerraa join gochuudhaan erga inni qabu akka irraa fayyadamnuu

https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0

Dawaa Qalbii

17 Nov, 15:44


Guyyaa 7/3/2017 Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Furiitti Istiidiyoo Fi Biiroo TV Hamiltan Eebbifnee saaqnee jirra.

TV'n Hamiltan Gamoo mataa ofii bitatee Istiidiyoo haaraa ijaaree jira. Dhugatti kun tarkaanfii tokko fuulduratti tarkaanfateera. Dabalataan Hojii Istiidiyoo bareeda kana fakkaatu akka hojjatan dhaamneefi jirra.

Dawaa Qalbii

17 Nov, 15:44


Cufate kan turee; Paasportiin Ariifachiisan irra deebiin eegaleera.

Paasportii Ariifachiisaadhan wal qabatee waan hubatamuu qabu:

Guyyatti Paasportii urgent'n kan kennamu nama 600 qofaafi. Fedhiin nama immoo guyyatti kan barbaadu nama kuma shanii oliidha, tilmaaman. Paasportin Daddaffii(Urgent'n) Finfinnee qofatti baha. Damee Adaamaa,Hawaasa fa'atti hin ba'uu.

System Apply ittin godhan guyyatti second 15- hamma daqiiqa 3 fa'aa bana. Sanuu sa'aati hardha baneen bor hin banuu. Beeka jijiiruu. Guyyaa 2-3 second 15 sanas banuu dhabu mala.

Herreega haga amma jirun Paasportii daddaaffii(urgen) guuttachuuf dursa tartiiba(order) qabaachun dirqama.

Gabaabumatti namni guyyaatti Paasportii daddaffii barbaadu nama kuma shani olitti tilmaama. Kan dhaabbatichi hojjatu guyyatti nama dhibba 6 qofaafidha. Kanaaf immoo namni tokko paaspoortii daddaffii guuttachuf herreega amma jirun dursee order qabachuu qaba. Sababni
Namootni online taasisan hunduu File of biraa tursiisani eeganii yeroo system'n banuu apply taasisuu. Kun warra haara qofa ilaallata. Haaromsi yeroo kamuu banaa(open) dha.

Gatiin:
Paasportii daddaffin(aschokaayin)
1. Guyyaa 2 baafachuuf Qarshii 25,000
2. Guyyaa 5 baafachuuf Qarshii 20,000

Paasportii Daddaaffii kan hin taane:
Ulaagaa paasportii haaraa
1. Waraqaa dhaloota
2. Waraqaa eenyummaa Ganda
3. Lakkoofsa bilbilaa
4. Qarshii: 5,000

Ulaagaa Paasportii haaromsuu
1. Fuulaa paasportii fuuldura isaa
2. Suuraa Gurdii
3. Lakkoofsa bilbilaa
4. Qarshii: 5,000

Beellama qabsiifachuuf
Lakkoofsa Teelegraamii fi WhatsApp: 0994248463
Biiroon keenya: Magaalaa Adaamaa

https://t.me/brightelectronics63
https://t.me/brightelectronics63
https://t.me/brightelectronics63

Dawaa Qalbii

17 Nov, 09:56


15K+ Channels!
       ↓Click and join us↓
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿
👉🏿👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👇🏻👇🏻👇🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿 👉🏾👉🏽  Click Here  👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👆🏻👆🏻👆🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👈🏿
👉🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👈🏿
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Waver: @Rafiqul_Islaam

   𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡
   𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
     𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬
    @hope_promotions
        

Dawaa Qalbii

17 Nov, 05:32


𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!!

𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐈𝐝𝐝𝐨𝐨 𝐉𝐢𝐫𝐭𝐚𝐧 𝐓𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐬𝐢𝐬𝐚𝐚𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐮𝐮𝐧 𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐚𝐧 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐬𝐢𝐬𝐚 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐁𝐚𝐡𝐮 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚

Ads: 👇👇
https://t.me/+hfHO6V8KTO0wZTVk

Dawaa Qalbii

16 Nov, 16:40


🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa

🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ
ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ

       𝐓𝐡𝐢𝐬 𝐈𝐬 𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
         𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
          𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬
 

𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬 15𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞𝐫 @Rafiqul_Islaam

Dawaa Qalbii

16 Nov, 09:47


𝙲𝙷𝙰𝙽𝙽𝙴𝙻 𝙱𝙰𝚁𝚂𝙸𝙸𝚂𝙾𝙾 𝙵𝙸 𝙱𝙰𝚂𝙷𝙰𝙽𝙽𝙰𝙽𝚂𝙸𝙸𝚂𝙾𝙾 𝚃𝙰'𝙰𝙽  𝙰𝚁𝙶𝙰𝙲𝙷𝚄𝚄𝙵 𝙼𝙰𝙻𝙻𝙰𝚃𝚃𝙾𝙾 𝙼𝙰𝙶𝙰𝚁𝙸𝙸𝚂𝙰𝙰 𝙲𝚄𝚀𝙰𝙰𝚂𝚄𝚄𝙳𝙷𝙰𝙰𝙽 𝚂𝙴𝙴𝙽𝙰𝙰!

    🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩
    🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩
    🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩
    🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩
    🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩

         𝑻𝑯𝑰𝑺 𝑰𝑺 𝑯𝑶𝑷𝑬 𝑷𝑹𝑶𝑴𝑶𝑻𝑰𝑶𝑵
          𝑨𝑫𝑽𝑬𝑹𝑻𝑰𝑺𝑰𝑵𝑮 𝑻𝑬𝑳𝑬𝑮𝑹𝑨𝑴
             𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳𝑺/𝑮𝑹𝑶𝑼𝑷𝑺
 
       𝑨𝑫𝑫 𝒀𝑶𝑼𝑹 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳

Dawaa Qalbii

16 Nov, 06:35


𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!!

𝐀𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐃𝐮𝐫𝐚  𝐑𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐍𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐚𝐚⁉️

𝑹𝒂𝒌𝒌𝒐𝒐𝒏 𝑲𝒂𝒏𝒂 𝑭𝒖𝒓𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑻𝒂𝒋𝒂𝒂𝒋𝒊𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑸𝒐𝒑𝒉𝒐𝒐𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑱𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂

𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐚 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!!

Ads: 👇👇
https://t.me/+OTqtpj3yby1lYzU0
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8

Dawaa Qalbii

15 Nov, 16:17


𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼𝑼⁉️
𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️

Channel/Group 10K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam

Dawaa Qalbii

15 Nov, 10:45


𝐀𝐫𝐞 𝐘𝐨𝐮 𝐒𝐭𝐮𝐝𝐞𝐧𝐭?
𝐀𝐭𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚?

𝐅.𝐖: @Rafiqul_Islaam

Dawaa Qalbii

14 Nov, 09:16


🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa

🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ
ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ

       𝐓𝐡𝐢𝐬 𝐈𝐬 𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
         𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
          𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬
 

𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬 15𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞𝐫 @Rafiqul_Islaam

Dawaa Qalbii

14 Nov, 06:47


𝗗𝗼𝗴𝗼𝗻𝗴𝗼𝗿𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗔𝗯𝗯𝗮𝗮𝗻 𝗠𝗮𝗻𝗮𝗮 𝗕𝘂𝗹𝘁𝗶𝗶 𝗞𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗥𝗮𝗮𝘄𝘄𝗮𝘁𝘂 𝗠𝘂𝗿𝗮𝗮𝘀𝗮…🎁🎁🥀

1. Bultiin Amaanaa Rabbii Ta’uu Wollaaluu.

2. Oowwa SHahiwaa ofirraa hirdhisuuf jecha Jaartii barbaaduu.

3. Hojii alaatti jabaa ta’ee, Hojii mana isaa dadhabuu.

4. Jaartii Ofii jalaa dheessuuf jecha, dubartii biroo jalatti kufuu. Booji’amaa akka nama fiilmii hindii baay’isuu.

5. Alatti arjaa ta’ee, mana ofiitiif harki isaa akka harka kaangaarrootti gabaabbachuu.

6. Jaartii ofiitiin sijaaladha jechuu akka saalfiitti laaluu.

7. Siree irratti ofii daddafee quufee laxxi jedhee rafuu. Jaarsa akka kormaa Lukkuu.

8. Wanti Jaartiin Isa irraa barbaaddu maallaqa qofa jedhee yaaduu.

9. Jaartii Ofii biratti Dubartii biroo faarsuu. Ta qaamaan beektu dhiisiitii tan TV irratti argituu faarsuun qaaqa ofitti bituudha.

10. Qabeenya Keessan Mariidhaan maletti firfirsuu. Mari’achuun bareeda.

11. Mana Ofii humnaan bulchuuf yaaduu fi yaaluu. Tiksee Horiituu yoo taate loon uleen itti hin duulin.

12. Yaada Haadha Manaa Baha dhoorguu fi Tuffachuu.

13. Balleessaa Ofiitiif dhiifama jechuun du’a namatti fakkaachuu. Dhiifamni dawaa kafaltii malee ittiin wal yaalan.

14. Guddina, Aangoo fi Kabajaa iddoo dalagaa baatanii manattiin galuu. Jara kana uffatuma waliin ol seenii baafadhuu maatii keetitti makami.

15. Waan hunda Keessatti Jabaa Of fakkeessitee muldhachuu. Hanqina keetiif jaartiin tee yoo itti siif guutte hin duutu abshir.

16. Ilmaan wajjiin jaartii kophaa gatuu fi irraanfachuu. Dhaluu qofaan yoo kan dhaadattu ta’e, foonis raammoo dhalaa quba qabaadhu.

17. Kabaja keetii fi Maatii keetii Jaartii irraa barbaadataa, Isii fi Maatii isii Xiqqeessuu.

𝗗𝘂𝗯𝗮𝗿𝘁𝗼𝗼𝗻𝗻𝗶 𝗕𝗮𝗴𝗮 𝗴𝗮𝗺𝗺𝗮𝗱𝗱𝗮𝗻 𝗵𝗮𝗿𝗱𝗵𝗮.

©Abdunasir tufaa

http://T.me/Fursaan_Media

Dawaa Qalbii

10 Nov, 19:05


Assalaamu alayikum worahmatullaahi wobarakaatuhuu

Chaanaalii Ajaa'ibaa kana isiniif qabannee dhufneerraa join gochuudhaan erga inni qabu akka irraa fayyadamnuu

https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0

Dawaa Qalbii

10 Nov, 16:06


15K+ Channels!
       ↓Click and join us↓
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿
👉🏿👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👇🏻👇🏻👇🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿 👉🏾👉🏽  Click Here  👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👆🏻👆🏻👆🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👈🏿
👉🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👈🏿
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Waver: @Rafiqul_Islaam

   𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡
   𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
     𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬
    @hope_promotions
        

Dawaa Qalbii

10 Nov, 04:26


Gargaarsa Jama'aa barattoota Muslimaa Yunivarsitii Dambi Doolloo hin dagatinaa
*****

Dhimma barattoota keenyaa kana hanga xumurrutti itti fufuu qabna. Barattoonni Yuunivarsitii Dambii Doolloo yeroo dheeraaf Masjida rakkataa turan. Qabsoo meeqa booda bakka xiqqoo wahii qabatan. Bakki sunis isaanitti xiqqaattee bakka itti salaataniifi itti qara'an dhaban. Amma K.M 200 cinaa masjidichaa jiru bitachuuf dubbatatanii birrii 360,000 ta'e. Isaan immoo herrega jamaa'aa irraa birrii 100,000 malee hin qaban. Mee birrii 360,000 kana walitti funaannee bakka salaataafi qaraatii barattootaa kanaaf haa mijeessinu. Namni maallaqa galchitan nagahee as jalatti nuuf ergaa maxxansinee warra kaanis ittiin kakaafna.

1000432190847
Maqaan isaa: Jamaa'aa Barattoota Yunivarsitii

Dawaa Qalbii

09 Nov, 04:33


Ilmi namaa,bakka lamatti qoodama,Aaqila hayyuu beekkumsaan guuttameefi nama nagaa jiraataa, fayyaalessa jedhamee beekkamuudha.

Jiraataan yoo cubbuu dalage,Yaa Rabbi naa dhoksi jedhee kadhata,Rabbi satrii itti godha,cubbuu isaa irraa deebi’ee nama gaarii dalagu tahuus mala.

Aaqilli beekaan immoo,Yaa Rabbi cubbuu irraa na fageessi jedhee kadhata,Rabbi cubbuu dalaguu irraa isa fageessee, saniin jannata kajeeluu mala.

Yooo!
Dubbattee naa dhoksaaf cinqamuu irra,afaan kee qabattee taa’uu filadhu,hojjattee naa dhoksaaf rakkachuu irraa,harka kee marattee taa’uu filadhu, dhaqxee na dhoksaa jettee boohuu irra,ija kee qabattee gadi taa’uu filadhu.

Haaaa!
Nyaata hin bilchaatinirra,sammuu hinbilchaatintu summiidha!

Dawaa Qalbii

06 Nov, 16:40


-Nyaata manneen barnootaa ilaalchisee dhiheessa irratti hanqinni cimaan kan jiru ibsuun, akka biiroon keenya karoorfateen raawwataa kan hinjirre ta'ullee fuulduraaf hojiin hojjatamaa jiru abdii guddaa kanamatti horu jedhaniiru. Yeroo ammaa aanaaleen hedduun nyaata manneen barnootaa akka walitti fufiinsa qabaatu gochuuf lafa qonnaa bal'aa ta'e qopheessuun midhaan nyaataa oomishaa kan jiran yoo ta'u, karaa biraatiin immoo Dhaabbatni Buusaa Gonofaa midhaan nyaataa sassaabuu irratti xiyyeeffatee kan hojjataa jiruufi Gumiin Tiraansiformeeshiinii Barnootaa sadarkaan jirus muuxannoo darbe irraa barachuun bara barnootaa 2017 midhaan nyaataa barattootaa dabalatee qulqullina barnootaa mirkaneessuuf deeggarsaafi hordoffii manneen barnootaa kan cimsu ta'uun hubatameera jedhaniiru.
#Mariifi_Gaaffii_Ka'aniif_Guutuusaa_Viidiyoo_Asii_Gadii #DhaggeeffadhaaDaawwadhaa!

#share
     t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa
     t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa
     t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa

Dawaa Qalbii

05 Nov, 09:25


𝙲𝙷𝙰𝙽𝙽𝙴𝙻 𝙱𝙰𝚁𝚂𝙸𝙸𝚂𝙾𝙾 𝙵𝙸 𝙱𝙰𝚂𝙷𝙰𝙽𝙽𝙰𝙽𝚂𝙸𝙸𝚂𝙾𝙾 𝚃𝙰'𝙰𝙽  𝙰𝚁𝙶𝙰𝙲𝙷𝚄𝚄𝙵 𝙼𝙰𝙻𝙻𝙰𝚃𝚃𝙾𝙾 𝙼𝙰𝙶𝙰𝚁𝙸𝙸𝚂𝙰𝙰 𝙲𝚄𝚀𝙰𝙰𝚂𝚄𝚄𝙳𝙷𝙰𝙰𝙽 𝚂𝙴𝙴𝙽𝙰𝙰!

    🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩
    🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩
    🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩
    🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩
    🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩

         𝑻𝑯𝑰𝑺 𝑰𝑺 𝑯𝑶𝑷𝑬 𝑷𝑹𝑶𝑴𝑶𝑻𝑰𝑶𝑵
          𝑨𝑫𝑽𝑬𝑹𝑻𝑰𝑺𝑰𝑵𝑮 𝑻𝑬𝑳𝑬𝑮𝑹𝑨𝑴
             𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳𝑺/𝑮𝑹𝑶𝑼𝑷𝑺
 
       𝑨𝑫𝑫 𝒀𝑶𝑼𝑹 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳

Dawaa Qalbii

04 Nov, 18:34


𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀

𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂.

𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂

𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2

https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0
https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk

Dawaa Qalbii

04 Nov, 15:48


🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa

🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ
ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ

       𝐓𝐡𝐢𝐬 𝐈𝐬 𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
         𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
          𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬
 

𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬 15𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞𝐫 @Rafiqul_Islaam

Dawaa Qalbii

04 Nov, 09:54


15K+ Channels!
       ↓Click and join us↓
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿
👉🏿👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👇🏻👇🏻👇🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿 👉🏾👉🏽  Click Here  👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👆🏻👆🏻👆🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👉🏽👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👈🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👉🏾👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👈🏾👈🏿
👉🏿👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👈🏿
👉🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👈🏿
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Waver: @Rafiqul_Islaam

   𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡
   𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
     𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬
    @hope_promotions
        

Dawaa Qalbii

04 Nov, 04:43


𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!!

𝐀𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐃𝐮𝐫𝐚  𝐑𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐍𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐚𝐚⁉️

𝑹𝒂𝒌𝒌𝒐𝒐𝒏 𝑲𝒂𝒏𝒂 𝑭𝒖𝒓𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑻𝒂𝒋𝒂𝒂𝒋𝒊𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑸𝒐𝒑𝒉𝒐𝒐𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑱𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂

𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐚 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!!

Ads: 👇👇
https://t.me/+OTqtpj3yby1lYzU0
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8

Dawaa Qalbii

03 Nov, 15:16


#GALMEEN_BUUFATA_AFURIRTATTIDHA

Dawaa Qalbii

30 Oct, 03:14


Barattoonni Musliimaa Magaalaa Finfinnee Keessatti Barumsa Dhorkaman

Barattoonni Musliimaa Manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa magaalaa Finfinneetti argaman, Umer Semeter fi Yekkaatit 23tti haguuggii fuulaa (Niqaaba) uffachuu isaaniif barnoota irraa ari’aman.

Manneen barnoota kanniinitti komii barsiisota tokko tokkoo irraa ka’uun, barattoonni kunneen akka daree barnootaa hin seenne dhorkamanii guyyoota 15 oliif mana barumsaa dhaquu hin dandeenye jedhe maddeen keenya.

Manni Maree Dhimmoota Islaamaa Magaalaa Finfinnee dhimma kana gidduu seenuun, murteen akka kennamu gaafateera. Barattoonni kun waggootaaf nagaan barachaa kan turan yoo ta’u, gochi dhiheenya kana raawwatame waldanda’uu hawaasa keessa jiru jeequuf sodaachisaa akka ta’es manni marichaa cimsee dubbateera.

Barattoonni ammallee daree akka hin seenne dhorkamaniiru. Kuni immoo barattoota irratti dhiibbaa cimaa qabaachuu mala, sababiin isaas barnoota isaanii keessatti hirmaachuu dhabuun xiinsammuu fi firii isaanii irratti miidhaa geessisas jedhameera.

Manni Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa barattoota kana hatattamaan gara barnootaatti akka deebisu Waajjirri Barnootaa magaalattii gaafateera.

Barattoonni sababa niqaabi dhorkameef Maaskii uffatanillee hin danda’amu ofirraa baasaa akka jedhaman barattoonni kunniin gabaasaniiru. Gochi kun sa’atii ammaa hawaasa muslimaa biyyattii mufachiise kan jiru yommuu ta’u gama marsaalee hawaasaa dhaadannoo “Niqaabasees ni uffatti, barnoota isees ni baratti jedhu” dhageessisaa jiru.

Femenistoota dabalatuun hordoftoonni amantaa biroollee “gochi kun gocha mirga namaa sarbuuti” jechuun gocha shamarran muslimaa irratti manneen barnootaa kanniiniin raawwatame qeeqaa jiru.

Abbootiin amantaa gama isaaniitiin gocha kana gocha jibbaati malee dubartiin fuula ishee dhoksuun barachuu ishee hin dhorku jedhaniiru.

Dhimmi kun hanga yoonaatti furmaata kan hin arganne yommuu ta’u hordofuun kan isiniin geenyu ta’a.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡

Dawaa Qalbii

29 Oct, 16:24


𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!!

𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐈𝐝𝐝𝐨𝐨 𝐉𝐢𝐫𝐭𝐚𝐧 𝐓𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐬𝐢𝐬𝐚𝐚𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐮𝐮𝐧 𝐇𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐚𝐧 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐬𝐢𝐬𝐚 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐁𝐚𝐡𝐮 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚

Ads: 👇👇
https://t.me/+hfHO6V8KTO0wZTVk

Dawaa Qalbii

29 Oct, 10:02


𝙲𝙷𝙰𝙽𝙽𝙴𝙻 𝙱𝙰𝚁𝚂𝙸𝙸𝚂𝙾𝙾 𝙵𝙸 𝙱𝙰𝚂𝙷𝙰𝙽𝙽𝙰𝙽𝚂𝙸𝙸𝚂𝙾𝙾 𝚃𝙰'𝙰𝙽  𝙰𝚁𝙶𝙰𝙲𝙷𝚄𝚄𝙵 𝙼𝙰𝙻𝙻𝙰𝚃𝚃𝙾𝙾 𝙺𝙴𝙴𝙻𝙻𝙾𝙾 𝙲𝚄𝚀𝙰𝙰𝚂𝚄𝚄𝙳𝙷𝙰𝙰𝙽 𝚂𝙴𝙴𝙽𝙰𝙰!

🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑
🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑
🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑
🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑
🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑
🌑🌒🌕🌕🌕🧡🌕🌕🌕🌘🌑
🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑
🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑
🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑
🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑
🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑
🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑
🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑
🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑
🌑🌔🌕🌕🌕💛🌕🌕🌕🌖🌑
🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑
🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑
🌑💛🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑💛🌑
🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑
🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑

Go Click the Heart 😱😱

         𝑻𝑯𝑰𝑺 𝑰𝑺 𝑯𝑶𝑷𝑬 𝑷𝑹𝑶𝑴𝑶𝑻𝑰𝑶𝑵
          𝑨𝑫𝑽𝑬𝑹𝑻𝑰𝑺𝑰𝑵𝑮 𝑻𝑬𝑳𝑬𝑮𝑹𝑨𝑴
             𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳𝑺/𝑮𝑹𝑶𝑼𝑷𝑺
 
       𝑨𝑫𝑫 𝒀𝑶𝑼𝑹 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳

Dawaa Qalbii

28 Oct, 05:39


Beeksisa Dorgommii

Koollejjii Barnoota Barsiisotaa keessatti leenjii kaadhimamtoota barsiisotaa bara 2017 gaggeeffamuuf barattoota kutaa 12ffaa xumuran keessa filachuuf qajeelfama qophaa’e. 👇

👉 See More

Dawaa Qalbii

26 Oct, 18:04


Namoonni galmooftanii guyyaatti qarshii 100 - 1400 ol hojjachuu namni barbaaddan liinkii kanaan galmaa'aa.

መመዝገብ የምትፈልጉ እና በቀን ከ100 - 1400 ብር በላይ ገቢ የምታገኙ ሰዎች በዚህ ሊንክ ይመዝገቡ.


People who want to register and make over Rs 100 - 1400 per day please register at this link


👉 Contact me here for more information
👉 Odeeffannoo dabalataatiif asiin na qunnamaa
👉 ለበለጠ መረጃ እዚህ አግኙኝ።
👇👇👇👇👇👇

@OMD7788

Dawaa Qalbii

26 Oct, 04:27


Oduu Gaarii!

Abbootii bilbilaaf oduu gammachiisaa ta'ee, hattootaaf immoo rifachiisa ta'eedha.

Google'n Tajaajila mobaayila hatame akka deebi'ee hin hojjenne godhu hojiirra oolchuu isaa beeksise. Dhaabbatichi sirna namoonni bilbilli isaanii hatame #AI fayyadamuun oomishtoota bilbilaaf gabaasuu hojjadhe jedheera. Sirni haaraan Google kun yakka bilbila hatuu ni hirdhisa jedhameera.

Akka Al Ain gabaasetti hattoonni bilbila harkaa erga fudhatanii booda dhoksuuf yoo yaalan ykn deebi'anii itti fayyadamuu yoo yaalan #AI fayyadamuun bilbilichi akka lammata hin hojjannee taasifama.

Teeknooloojiin #AI bilbila Android irratti fe'ame kun sensor handset irratti fe'amuudhan bilbilichi akka hin banamnetti guututti cufuu danda'aa jedhamee.


https://t.me/brightelectronics63
https://t.me/brightelectronics63
https://t.me/brightelectronics63

Dawaa Qalbii

26 Oct, 04:23


BEEKSISA
---------
14/02/2017
#Barsiisotni Biiroon Barnootaa Oromiyaa Yeroo dabre qacarrii raawwate guyyaa 18/02/2017 irraa eegalee gara #Ramaddii_keessanii_akka_deemtan isin beeksifna!

Oromia Education Bureau 💠

Dawaa Qalbii

26 Oct, 04:23


Ramaddii keessaniif............🔎

Oromia Education Bureau 💠

Dawaa Qalbii

23 Oct, 16:36


Oduu Ammee
Allaahu Akbar

Mujaahidni guddichi Kaalid Meeshaal bakka gootichaa dheengadda Shahiide Yahyaa Sinwaar bu'e

Gareen Mujaahidootaa Hamaas ibsa baaseen Kaalid Meeshaal yeroof hoogganaa damee hawaasaa isaa gochuun yeroof muuduu ibseera.


#AmarTemam
#SpiderMedia
https://t.me/spidermediaa