WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR! @barsiisaa1_2 Channel on Telegram

WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR!

@barsiisaa1_2


Barsiisan hundeedha!

WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR! (Afan Oromo)

WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR!
Barsiisaa1_2 kanaleen Telegram jechuun ummata Oromoo keessatti barsiisaa hundeedhaa fi dhaga'anii wayita barnoota qabduu dha. Kanaleen kun barsiisaa hundeedhaa jechuun isa tokko barsiifamee barnootaafi wasiita addunyaa qabaachuu dha. Barumsaafi barsiisummaa ummata Oromoo keessaa barbaachisuu barbaadan jechuun kanaleen kun barreessaa fi barsiisummaa hundi kun barnoota qabsoon itti fufuun dura dha.

Barsiisaa1_2 kanaleen Telegram itti fufaa kan 'barsiisaa1_2' jedhamuun itti dabalate. Kanaleen kun sagalee barnootaa isaaf kan turee kana magaalaa Shaggar jedhame. Kana keessaa sadii heddun barnootaafi barsiisummaa hundaa kan itti fufaniif deeggarsa barnootaafi barsiisummaa hundaa keessaa barsiisuu dha. Barsiisaa1_2 kanaleen Telegram kanaaf ummata Oromoo keessaa barsiisaa hundeedhaafi barsiisummaa hundaa qabaachuu dha.

Kana keessaa kanaleen kun barsiisaa hundeedhaa fi barsiisummaa hundaa qabu itti fufuu baay'ee barnootaafi barsiisummaa hundaa keessaa barsiisaa dha. Barsiisaa1_2 kanaleen Telegram kana ummata Oromoo keessaa barsiisaa fi barsiisummaa hundaa qabaachuu qabu dha. Kanaleen kun ummata Oromoo keessatti itti fufuu baayee barsiisummaa hundaa keessaa barsiisaa hundeedhaa kan qaban itti fufee barnootaafi hiriyaa barnootaafi barsiisummaa hundaa qabachuuf dura dha.

WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR!

29 Jan, 12:34


ማስታወቂያ!

(ጥር 21/2017 ዓ.ም)


መረጃዎችን በፍጥነት ለማግኘት ማሰፈንጠሪያውን ይጫኑ!

https://linktr.ee/aacaebc

WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR!

06 Jan, 11:03


"Ani Afaan Oromootiin dubbadhaa!..." jechuun Oromoo bakka bu'anii Paarlaamaa keessatti guddina Afaan Oromootiif shoora isaanii kan bahatan, Ogummaa Siyaas-Diinagdee qabaniin hanga Baankii Guddicha biyya kanaa Awash ijaaruu gahee isaanii kan bahan Obbo Bulchaa Dammaqsaa hayyuu ulfoo turan. Boqochuun isaanii Gadda Guddoodha.
Maatiifi Firoottan hundaaf jajjabina hawwaa, Nagaan boqodhaa.!

Gadda onnee nama cabsu!

WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR!

01 Jan, 12:14


Tullu boolloo!!
Hoggansa jabaa

WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR!

01 Jan, 07:41


Odeeffannoo amma jiruun barsiisonni bulchiinsa magaalaa Finfinnee dorgomtanii dabartan sababoota sirreeffama mindaa haarawaatin achi dheerachuun beekame,kanaaf miira tasgabbii qabuun qaaman deemtanii adda baafachuu ni dandeessu.
Haalli calallii sanaas yeroo isaa kan hin eegganne yoo ta'u ammayyuu irra deebi'amee akka calalamantu dubbatamaa jira.
Hoggansi sadarkaan jiru biiroo sana keessatti maaltu ta'aa akka jiru adda baasaa deemun gaaridha.
Kamiin barsiisas haa dhagahamu kana dura waldaan barsiisaa fuula tv obm irratti bahuun dubbachaa tures waan kana hordofaa deemaa.
Barsiisonni dorgommii calallii sana darbanii waraqaa qulqullinaa kennuu didan jiru.
Warra ajaja mootummaan baase hin fudhanneefi waan waan taajaila barsiisan walqabatu hunda didanii dirqama barsiisaa qofa haasa'antu gufuu qulqullina barnootaa ta'aa Jira.

# waan namni kamuu beekuu qabu!
A. Yeroo darbe pirezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa lafti mana jireenyaa barsiisotaaf haa kennamu jechuun waraqaa fuula sadi qabuun xalayaa barreessanii turan.haa ta'u malee barsiisaa 300000 ol jiru keessaa barsiisaa 8000 qofatu mana jireenyaa argate jedhu,kunuu hangam dhugaadha.

Garuu gaafa qajeelfama gubbaa gad dhufu barsiisaa irratti fe'uuf hojiin hin hojjatamne hin jiru.fkn buusaa gonofaan fedhii malee citaa jira.
Ijaarsa shanan gibee jedhamee jimmatti citaa Jira.

Seektara mootummaa keessa taa'e namni qajeelfama mootummaan baase hojii irra hin oolchine dhugumatti mootummaaf hojjachaa jiraa?
Kanaafi kan barsiisan xiinsammuu miidhamee qulqullinni barnootaa akka dhabamu ta'e.

Qaamni dhimmi ilaallatu hanga kana hin deebifnetti abadan qulqullinni barnootaa hin dhufu.
Gaafa barnoonni bade;doktorri,injiinarri, barsiisan fi kkf fakkatan hunduu hin jirani.
Wallaalatu natu beeka jedha,beekatu salphata,biyyatu kufa!

Mirgi barsiisaa haa kabajamu!!

Anuwaar Jamaal OBN irratti haalan irraa dubbate!

WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR!

18 Dec, 13:18


Yoo hojiirra oole xalayaan akkana jedha kaa!!
Share gochuun qaama dhimmi llaallatu biraan nuuf gahaa⁉️
Harki group kana share hin beeku😎
https://t.me/Barsiisaa1_2

WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR!

16 Dec, 10:49


Odeeffannoo amma bahaa jiruun biiroon barnootaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee beeksisa baasee barsiisota calalliif darban waamee ragaa barnootaa isaanii qulqulleessun isaa kan yaadatamuudha.haa ta'u malee hanga ammaatti qacarrii osoo hin gaggeessin jira.

#Barsiisonni isin eegaa jiru!
Rakkoo keessoo keessanii dafaa xumuraa.
Guyyoota muraasaf isin eegna.

Qaaman itti dhiyaannee gaafachuu yaallus sababa qulqullina keessoo siivil sarvisii maagaalichaa ta'uun ibsame.

Nu hordofaa!!

Rakkoon barsiisotaa social media mataa ofii dhabuu isaati,ijaarama hin qabu,hunduma shakka ,hunduma amanas, BARSIISAN CHANNEL TELEGRAAMIII MITII KAN TV IYYUU OSOO QABAATEE NI MALAAF!

ofhin tuffatinaa!
Share gochuun walbiraan naaf gahaa!

WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR!

15 Dec, 12:11


📌 1300 Mathematics Formulas

📍ከ9-12 ያሉ የMath formulaዎችን የምታገኙበት Best pdf ነው ተጠቀሙበት

WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR!

14 Dec, 19:10


📘Part 1 common vocabulary  for grade 12 Entrance

1. Abundant - Present in large quantities; plentiful.

2. Adapt - To change or adjust to new conditions or environments.

3. Adept - Highly skilled or proficient at something.

4. Benevolent - Kind and generous; showing goodwill.

5. Candid - Honest and straightforward; open and sincere.

6. Cautious - Careful to avoid potential problems or dangers; wary.

7. Compassion - Sympathy and concern for the suffering of others.

8. Diligent - Showing steady and earnest effort; hardworking.

9. Eloquent - Fluent and persuasive in speaking or writing.

10. Fascinate - To attract and hold the interest of someone intensely.

11. Generous - Willing to give more of something, especially money or time, than is strictly necessary.

12. Gratitude - The quality of being thankful; readiness to show appreciation.

13. Harmonious - Forming a pleasing or consistent whole; balanced.

14. Impartial - Treating all rivals or disputants equally; fair and just.

15. Innovate - To introduce new ideas, methods, or products.

16. Judicious - Having, showing, or done with good judgment or sense.

17. Keen - Having a sharp edge; also means eager or enthusiastic.

18. Luminous - Emitting or reflecting light; bright or shining.

19. Meticulous - Showing great attention to detail; very careful and precise.

20. Nurture - To care for and encourage the growth or development of someone or something.

21. Obvious - Easily perceived or understood; clear, evident.

22. Plausible - Seemingly reasonable or probable; believable.

23. Quaint - Attractively unusual or old-fashioned; charmingly odd.

24. Resilient - Able to recover quickly from difficulties; tough.

25. Skeptical - Not easily convinced; having doubts or reservations.

26. Tangible - Perceptible by touch; clear and definite; real.

27. Uplift - To raise or improve the mood or spirit of someone.

28. Vibrant - Full of energy and life; bright and striking in color.

29. Witty - Showing quick and inventive verbal humor; clever.

30. Zealous - Having or showing great energy and enthusiasm in pursuit of a cause or objective

WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR!

06 Dec, 11:04


Test your grammar

Here are 60 multiple choice questions focused on various tenses, using blank spaces for you to fill in:

Fill in the Blanks with the Correct Verb Form

1. She __ (go) to the store every Saturday.
   - A) go
   - B) goes
   - C) going

2. They __ (play) soccer when it started to rain.
   - A) played
   - B) playing
   - C) play

3. I __ (eat) breakfast at 8 AM tomorrow.
   - A) eat
   - B) will eat
   - C) eating

4. He __ (study) for his exams right now.
   - A) studies
   - B) is studying
   - C) studied

5. We __ (visit) Paris last summer.
   - A) visited
   - B) visit
   - C) visiting

6. She __ (not/see) that movie yet.
   - A) didn’t see
   - B) doesn’t see
   - C) hasn’t seen

7. They __ (finish) their homework by the time the bell rings.
   - A) finished
   - B) will finish
   - C) finishing

8. I __ (never/try) sushi before.
   - A) never tried
   - B) have never tried
   - C) never try

9. He __ (run) three miles every morning.
   - A) runs
   - B) running
   - C) run

10. We __ (watch) a movie when the power went out.
    - A) watched
    - B) were watching
    - C) watching

11. She __ (read) that book last week.
    - A) read
    - B) reads
    - C) reading

12. They __ (be) friends since childhood.
    - A) are
    - B) were
    - C) have been

13. I __ (call) you later tonight.
    - A) called
    - B) call
    - C) will call

14. He __ (not/finish) his project yet.
    - A) didn’t finish
    - B) hasn’t finished
    - C) doesn’t finish

15. We __ (go) to the beach every summer.
    - A) went
    - B) are going
    - C) go

16. She __ (work) at the company for five years.
    - A) has worked
    - B) worked
    - C) works

17. They __ (not/like) the new restaurant.
    - A) didn’t like
    - B) don’t like
    - C) haven’t liked

18. I __ (take) my dog for a walk every evening.
    - A) took
    - B) take
    - C) taking

19. He __ (sleep) when I called him.
    - A) slept
    - B) was sleeping
    - C) is sleeping

20. We __ (plan) a trip for next month.
    - A) are planning
    - B) planned
    - C) plan

21. She __ (exercise) regularly to stay healthy.
    - A) exercises
    - B) is exercising
    - C) exercised

22. I __ (not/know) the answer to that question.
    - A) don’t know
    - B) didn’t know
    - C) haven’t known

23. They __ (travel) to Europe last year.
    - A) traveled
    - B) travel
    - C) traveling

24. He __ (study) English for three years now.
    - A) studies
    - B) has studied
    - C) is studying

25. We __ (meet) them at the park yesterday.
    - A) met
    - B) meet
    - C) meeting

26. She __ (not/understand) the instructions yet.
    - A) hasn’t understood
    - B) didn’t understand
    - C) doesn’t understand

27. I __ (see) that movie before.
    - A) saw
    - B) have seen
    - C) seen

28. They __ (not/finish) their work by 5 PM.
    - A) didn’t finish
    - B) haven’t finished
    - C) don’t finish

29. He __ (play) the piano since he was a child.
    - A) has played
    - B) played
    - C) plays

30. We __ (stay) in a hotel during our vacation.
    - A) stayed
    - B) stay
    - C) are staying

31. She __ (drink) coffee every morning.
    - A) drinks
    - B) is drinking
    - C) drank

32. I __ (not/see) him lately.
    - A) haven’t seen
    - B) didn’t see
    - C) don’t see

33. They __ (finish) their project by next week.
    - A) will finish
    - B) finished
    - C) finish

34. He __ (read) a lot of books this year.
    - A) reads
    - B) has read
    - C) read

35. We __ (not/go) to the party last night.
    - A) didn’t go
    - B) don’t go
    - C) haven’t gone

36. She __ (play) guitar when she was younger.
    - A) plays
    - B) played
    - C) is playing

37. I __ (meet) my friend for lunch tomorrow.
    - A) met
    - B) meet
    - C) will meet

38. They __ (not/see) each other since last year.
    - A) haven’t seen
    - B) didn’t see
    - C) don’t see

WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR!

05 Dec, 03:21


📌 Grade 9 Mathematics Unit 1

📚 Short note and  Solved Exercises

WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR!

05 Dec, 03:21


📌 Grade 12 History summary

📚 Unit 1-3

WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR!

05 Dec, 03:21


🤩 || Chemistry basic important terms and their definition

redox reaction: A reaction that has both an oxidation and reduction.

lattice energy: The energy released when one mole of a crystal is formed 
from gaseous ions.

equivalence point: The point in a titration at which the solution is completely neutral. This is different from the "endpoint"

endothermic: When a process absorbs energy (gets cold)

half-life: The time required for half of the radioactive atoms in a sample to decay. When talking about chemical reactions, it's the amount of time required to make half the reagent react.

normal boiling point
: The boiling point of a substance at 1.00 atm.

shielding effect: The outer electrons aren't pulled very tightly by the nucleus because the inner electrons repel them. This repulsion is called the shielding effect.

vapor pressure: The pressure of a substance that's present above it's liquid. For example, you can tell that ammonia has a high vapor pressure because the smell of it is very strong above liquid ammonia.

Charles's Law: The volume of a gas at constant pressure is directly proportional to the temperature. In other words, if you heat something up, it gets big.

Hess's Law: The enthalpy change for a change is the same whether it takes place in one big step or in many small ones.

WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR!

05 Dec, 03:21


📚 Grade 11 Physics.

📚 Unit Four - Dynamics.

📚 EUEE 2003-2011.

📚 ከ 2003 - 2011 Dynamics ላይ የወጡ የ physics Entrance ጥያቄዎች

WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR!

27 Nov, 08:52


May it right or wrong😆

WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR!

26 Nov, 11:22


Ramaddii barsiisotaa magaalaa Finfinneef karaa kanaan nu hordofaa!
Ifoomuf jedha.
👇
https://t.me/Barsiisaa1_2

WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR!

20 Nov, 09:50


Ofii keessanii nama taatanii
Namummaa ni qabduuree
Anaan Gaallaa jechaatoo
Naatoo nuuf dhabduuree
Waaqarraa kan uummamne
Gatii alagaan xiqqaanne
Haqarraa kan duulamne
Badii Habashaan badne

Anaan Qotee bulaa kee
Yaa ilma koo magaalaa
Baadiyaatti na dhiistee
Asii Diinni na sakaalaa
Lagaan qomoon qoodame
Kamtu kamiif birmata
Kutaan hodooduu dhabe
Dhiigatu didee dhokata

Kibbi yoo lubbuu dhabu
Lixaa riphee shubbisa
Kaabaa yoo tokko dhumu
Baharraa obsee dhiisa
Martuu gandaan onaa'e
Dirreen dhiigaan ciisa
Dubbii Waaqaaf laachaa
Imimmaanin of jiisa.
😡😡😡😡😡😡
Sittis haa tolu sittis haa hammaatu jireenya abbaaf haadha keetii beeki.
Kanatti jiru.
#Salaale qofa osoo hin taane sababa waliigaluu dadhabuu keenyatiin akkasitti walqalaa oolla!
Dhugaan hin badin!

Sagalee haa taanuf😡
Share

WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR!

19 Nov, 15:58


ማስታወቂያ!


(ህዳር 10/2017 ዓ.ም)



መረጃዎችን በፍጥነት ለማግኘት ማሰፈንጠሪያዎቹን ይጫኑ!
What Sapp: - https://whatsapp.com/channel/0029VaHFiBpA2pLF0lLslK2D
You Tube: https://www.youtube.com/@addisababaeducationbureau9728
TikTok፡- tiktok.com/@aaeducationbureau
Telegram ፡ https://t.me/wwwAddisAbabaeducationbureau
Twitter ፡ https://twitter.com/aacaebc
Face book: https://www.facebook.com/aacityeducationcommunication
Blog: - http://www.aacaebc.wordpress.com/
Website: - aaceb.gov.et
Email;- [email protected]
Instagram: - https://www.instagram.com/aacaeb/

WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR!

17 Nov, 04:13


Daballiin mindaa yeroo hin beekamnetti dheerateera.
Hoggansi caasan jiru rakkoo kana dafee furuu qabaan dhaamsa keenya!

WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR!

13 Nov, 17:15


#Robert Mugabe

WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR!

13 Nov, 17:06


Ramaddii barsiisotaa

WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR!

10 Nov, 11:25


#Shaggar _Education

Barsiisummaan ogummaa dhaloota qaruuti.Hojii kabajamaa fi kanfaltii kamiinuu bakka hin buunedha Kantiibaa Magaalaa Shaggar
Dr. Tashoomaa Addunyaa
--------------------
Barsiisummaan ogummaa kabajamaa hundi keenya kallattii garaa garaan keessa dabarre, Hojii hammuma fe’ellee osoo kanfalamee kanfaltiin hin madaalamne, Hojii kabajamaa fi jaalatamaadha.
Haata’u malee keessattuu akka biyya keenyaatti kanfaltiin ogummaa Barsiisummaatiif kanfalamu kan ifaajjii barsiisaa madaalu akka hin taane beekamaadha. Kanumarraa ka’uun Mootummaan yeroo garaa garaa fayyadamummaa Barsiisootaa eeguuf fooyya’iinsa adda addaa taasisaa turee jira. Fooyya’iinsa fayyadamummaa barsiisootaa eeguuf hojiirra oole keessaa keessattuu akka Mootummaa Naannoo Oromiyaatti carraa mana jireenyaa barsiisotaa hojiirra ooleen barsiisoonni naannawaa Magaalaa gurguddaa jiraniifi rakkoo mana jireenyaaf daran saaxilamoo turan hedduun fayyadamoo ta’uu hunda keenyatu beeka.
Kutaaleen Magaalaa Shaggar duraan wayita caasaa GAONF’tiin jiran Barsiisoota hedduuf carraa mana jireenyaa akka laatan beekamaadha. Fuuldurattis Sadarkaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti kan itti fufu ta’a. Kanas ta’ee garuu wanti hundinuu kallattii Mootummaa fi adeemsa keessa darba waan ta’eef baruma tokkoon fayyadamummaa barsiisaa ni eegna ijjannoo jedhu hin qabnu. Kanumarraa Ka’uun haala qaala’iinsa jireenyaa amma mudachaa jiruun dhiibbaa Barsiisoota keenyarra gahaa jiru hamma tokko ni fura jechuun Sagantaa nyaata Barsiisotaa Manneen Barnootaa Mootummaa Bulchiinsa Magaalaa keenya jala jiranii eegallee yeroo ammaa kana sagantaan nyaata Barsiisootaa bajata guddaa ramaduun dhibbantaa saddeettama (80%) irra gahee jira.

Sagantaan nyaata Barsiisootaa baasii guddaa kan gaafatu ta’us yeroof barsiisoota keenya ba’aa qaala’iinsa gabaa Kanaan mudatu irra ni hir’isna ijjannoo jedhuun itti deemaa jirra.
Kanarraa kan hafe kallattii fi tarsiimoo Mootummaa hordofnee gara fuulduraattis rakkoo barsiisoota keenya dhawaata dhawaatan kan furru ta’a.
Kuni ta’ee osoo jiru qaamoleen tokko tokko (Barsiisoota muraasa dabalatee) ifaajjii Bulchiinsi Magaalaa Shaggar Barsiisoota keenya hamma tokko dhiibbaa jireenyaa irra niboqochiisa ilaalcha jedhuun baasii guddaa ramadee sagantaa nyaata Barsiisotaa hojiirra oolchaa jiru kana akka qoosaatti fudhachuurra darbuun qeeqaa akka jiran argaa jirra.
Kanaaf ergaan ani maqaa kiyyaa fi Bulchiinsa Magaalaa Shaggariin Barsiisoota keenyaaf qabu holola faayidaa tokkollee isiniif buusuu hin dandeenye warra hafarsaniif gurra keessan osoo hin laatiin hojii keessan itti fufaa jechuun barbaada. Barsiisaan carraa yeroof jiru fayyadamaa, gaafii faayidaa gulantaa gulantaan gaafatachaa hojii isaa eebbifamaa kana itti fufuu qaba. Kana malees haala qabatamaa amma biyyi keenya keessa jirtus hubachuun barbaachisaadha. Haalota kana hubachuun hojii keenyatti cimnee dhaloota qaruuf bobbaane milkeessuu qabna. Faayidaan Lammiilee biraatiif dhufee Barsiisaa moggaatti dhiisee darbu ammoo tasuma hin jiraatu!!

Dabalataan
Facebook
https://www.facebook.com/profile.php?id=1000090985

WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR!

03 Nov, 11:56


Akkuma barattootaf kennamaa ture barsiisota keenyafis nyaanni kennamuu eegaleera.
Barsiisan hundee waa maraati!
Kabajatu malaafi, namoonni miira keessa galtanii waan garaagaraa jechaa jirtaniif nyaanni barsiisas,kan barataas irrra caalan kutaa magaalaa keenyatti qofa haalan hojiirra oolaa jira.
Warri kuun kanaayyuu hin arganne.

WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR!

02 Nov, 17:47


Ijibxii jechuun oromoodha.
Qarooma gurraachaa

WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR!

28 Oct, 17:40


Dilbata guyyaarraa eegaluun viidiyoon safuu hawaasaa cabsee fi shamarran lama walcinaatti osoo gareedhaan gudeedaman mul’isu miidiyaa hawaasummaa irratti qoodamaa ture.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/rExSAnu

WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR!

28 Oct, 17:35


ማስታወቂያ!

(ጥቅምት 18/2017 ዓ.ም)

መረጃዎችን በፍጥነት ለማግኘት ማሰፈንጠሪያዎቹን ይጫኑ!

Imo: - https://s.channelcom.tech/vlWdNr?from=TG
What Sapp: - https://whatsapp.com/channel/0029VaHFiBpA2pLF0lLslK2D
flickr :- https://www.flickr.com/photos/197652854@N04/
You Tube: https://www.youtube.com/@addisababaeducationbureau9728
TikTok፡- https://www.tiktok.com/@aaeducationbureau
Telegram ፡ https://t.me/wwwAddisAbabaeducationbureau
Twitter ፡ https://twitter.com/aacaebc
Face book: https://www.facebook.com/aacityeducationcommunication
Blog: - http://www.aacaebc.wordpress.com/
Instagram: - https://www.instagram.com/aacaeb/
Website: - aaceb.gov.et
Email;- [email protected]

WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR!

28 Oct, 06:11


I AM A TEACHER...✍️

I May be a School Teacher,
I May be a College Lecturer,
I May be a University Professor !

Behind That Doctor,
It is Me, a Teacher.

Behind That Engineer,
It is Me, a Teacher.

Behind That Statistician,
It is Me, a Teacher.

Behind That Nuclear Physicist,
It is Me, a Teacher.

Behind That Mathematician,
It is Me, a Teacher.

Behind That Scientist,
It is Me, a Teacher.

Behind That Zoologist,
It is Me, a Teacher.

Behind That Entomologist,
It is Me, a Teacher.

Behind That Botanist,
It is Me, a Teacher.

Behind That Economist,
It is Me, a Teacher.

Behind That Entrepreneur,
It is Me, a Teacher.

Behind That Lawyer,
It is Me, a Teacher.

Behind That Political Scientist,
It is Me, a Teacher.

Behind That Psychologist,
It is Me, a Teacher.

Behind That Architect,
It is Me, a Teacher.

Behind That Astrologer,
It is Me, a Teacher.

Behind That Astronomer,
It is Me, a Teacher

I Carry the Light Even though they mostly make Fun of Me by their Uncharitable Jokes

But I am a Teacher.

I don't Qualify for a Bungalow or a Villa nor Earn enough to buy an Expensive House or a Car like Corrupt Officers and Corrupt Politicians.

But Yes, I am a Teacher.

Some Think or even Say that I have too many Holidays. They never know that I Spend those Holidays either correcting Papers or Planning what and how I am going to Teach when I go back to Blackboard or Whiteboard ...

Because I am a Teacher.

Sometimes I get Confused and even get Stressed by the Ever-changing Policies over what and how I have to Teach ...

Despite All That, I am a Teacher and I Love to Teach and I am Teaching.

On Pay-days I don't Laugh as Corrupt Officers and Others do...
But by the Next day I Love to come with a Smile to those that I Teach ...

Because I am a Teacher 👏

WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR!

24 Oct, 13:33


Ramaddiin barattoota bara 2017 Yuunivarsiitii galanii ifoome

Finfinnee, Onkololeessa 14, 2017 (FBC) – Ramaddiin barattoota bara 2017 Yuunivarsiitii seenanii ifoomuu Ministeerri Barnootaa beeksiise.

Barattoonni bara 2016 qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhachuun qabxii seensa Yuunivarsiitii galmeessan ramaddiin isaanii ifoomuu ibseera.

Haaluma kanaan Barattoonni karaa marsariitii fi Teeleegraamii armaan gadiin ramaddii isaanii ilaallachuu akka danda’an eereera.

https://placement.ethernet.edu.et
https://t.me/moestudentbot

#shaggar!

WAAJIRA BARNOOTAA MAGAALAA SHAGGAR!

23 Oct, 16:18


Ji'a kanarraa eegalee ni kanfalama.
Dhugummaa isaa ammoo bira geenyee ilaalla.

3,741

subscribers

159

photos

141

videos