Wollega University (Yuuniversiitii Wallaggaa) @yuuniversiitiiwallaggaa Channel on Telegram

Wollega University (Yuuniversiitii Wallaggaa)

@yuuniversiitiiwallaggaa


Barattoota Oromoo Yuuniversiitii Wallaggaatti barataniif afaan isaanii afaan Oromootiin odeffannoo waliif qooduuf

Wollega University (Yuuniversiitii Wallaggaa) (Afan Oromo)

Yuuniversiitii Wallaggaa jedhu, barattoota Oromoo yeroo ammaa kanatti baratamaa jiru. Yuuniversiitii Wallaggaa, kan Oromiyaa keessatti dhalate. Akkasumas, afaan isaanii afaan Oromootiin odeeffannoo waliif qooduuf jedhu. Yuuniversiitii Wallaggaa, dhaqamee misoomaa fi hidhaa Oromoo keessatti hojii gochuun barataan Oromoo ammaa itti fayyadamaa jira. Yuuniversiitii kan waldaa hidhannoo fi qorannoo Oromoo keessatti barataa yeroo ammaa kanatti barataa ture. Kanumaan yeroo ammaa waldaa bakka bu’ee, miidhaa fi sochii Oromoo irraa kan ta’e. Yuuniversiitii Wallaggaa, tokkummaa fi guddina addunya akka ta’en odeeffannoo ykn qooda tokko yeroo ammaa baratamaatti dabalamee jira.

Wollega University (Yuuniversiitii Wallaggaa)

24 Sep, 19:25


#Odeeffannoo #Qormaata_Kutaa_12ffaa_bara_2015

#Rammaddii_manneen_Barumsaa_Yuunivarsiutii_Wallaggaa_Kaampaasota_Sadanii

Aanaalee fi Manneen Barnootaa Barattoonni Irraa Qormaata kutaa 12ffaa akkaa Kampaasoota Yunivarsitii Wallaaggaa (Naqamtee, Shambuu fi Gimbiitti) ramadaman kan armaan gadiiti maxxanfame ta'uu hubattanii barattoonni qormaata kanaaf teessan qophii barbaachisu taasissa akka eegdan kabajjaan isini beeksifna

Wollega University (Yuuniversiitii Wallaggaa)

24 Sep, 11:49


Barattoonni Qormaata Seensa Yuunivarsitii fi Xumura Sadarkaa Lammaffaa gara mooraa qormaataaf ramadamanitti akka imalan hayyamamuu Ministeerri Barnootaa beeksisee jira, gabatee yeroos akka armaan gadiitti ta’uu ibseera.


Moora keessatti qabachuuf kan hayyamame:
• Sheet, barcuma, uffata halkanii, nyaata goggogaa, uffata, boorsaa, kaardii qormaataa, qalama, qalama, dabtara, waraqaa duwwaa, kitaabota.

Qabachuun kan dhorkame:
• Meeshaa sagalee waraabuu, viidiyoo waraabuu ykn suuraa ka’uu kamiyyuu, kaameraa
• Tele-line ykn tele-message kamiyyuu karaa teeknooloojii dijitaalaa (taableetii, kompiitara, laptop, bilbila, iPad, hard disk, flash) fudhatamu ykn darbu .


Gabatee Yeroo:
• Saayinsii hawaasaa
➤ 26 hanga 28/01/2015 Yuunivarsitii seenuu
➤ 29/01/2015 Orienteshinii
➤ 30/01/2015 hanga 02/02/2015tti Yeroo Qormaataa
• Saayinsii uumamaa
➤ 05 hanga 06/02/2015 Yuunivarsitii seenuu
➤ 07/02/2015 Orienteshinii
➤ 08/02/2015 hanga 11/02/2015tti Yeroo Qormaataa

#Stay_With_Us

@YuuniversiitiiWallaggaa
@YuuniversiitiiWallaggaa

Wollega University (Yuuniversiitii Wallaggaa)

04 Jul, 10:43


FOR ALL FRESH STUDENTS WHO ASSIGNED TO WOLLEGA UNIVERSITY

As you know our University has three branches
Those are:-
1. Nekemte campus
2. Shambu campus
3. Gimbi campus

So fresh students are assigned to each campuses according to the first letters of your name.

Main campus (Nekemte Branch)
🔖Natural Science
👉A-M
🔖Social science
👉M-Z

SHAMBU CAMPUS
🔖Natural science
👉N-Z

GIMBI CAMPUS
🔖Social science
👉A-L


#Stay_With_Us

@YuuniversiitiiWallaggaa
@YuuniversiitiiWallaggaa

Wollega University (Yuuniversiitii Wallaggaa)

04 Jul, 10:32


BARATTOOTA HAARAA GARA YUUNIVARSIITII KEENYATTI RAMADAMTAN MARAAF

Rammaddii mooraa itti galmooftanii baratanii akka armaan gadii ta'a.

Akkuma beekamu Yuuniversitii keenya damee 3 qabachuun isa beekamaadha.
Isaanis:-
1. Mooraa Naqamtee (main)
2. Mooraa Shaambuu
3. Mooraa Gimbiidha.

Maarree rammaddiin keessan moorawwan kan sadan isaatti akka ka'umsa qubee maqaa keessanitti rammaddiin isiniif kennameera.

Haaluma kanaan
MOORAA NAQAMTEE (MAIN CAMPUS)
🔖Barattoota saayinsii Uumama (Natural Science)
👉Qubee maqaa keessanii A-M kan ka'uu
🔖Barattoota Saayinsii Hawaasa (Social Science)
👉Qubee maqaa keessanii M-Z kan ka'uu

MOORAA SHAAMBUU (Shambu Campus)
🔖Barattoota saayinsii Uumama (Natural Science)
👉Qubee maqaa keessanii N-Z kan ka'uu

MOORAA GIMBII (GIMBI CAMPUS)
🔖Barattoota Saayinsii Hawaasa (Social Science)
👉Qubee maqaa keessanii A-L kan ka'uu

HUB
Barataan kamiyyuu mooraa ramadameen alaatti kan hin simatamne ta'uu cimisinee isin beeksifna

#Stay_With_Us

@YuuniversiitiiWallaggaa
@YuuniversiitiiWallaggaa

Wollega University (Yuuniversiitii Wallaggaa)

09 Jun, 18:34


Translation

NOTICE

Registration of students who are newly assign to Wollega University in this year was is on 28-30/10/2013.

If any new thing we will inform you via this telegram.
#Stay_With_Us

@YuuniversiitiiWallaggaa
@YuuniversiitiiWallaggaa

Wollega University (Yuuniversiitii Wallaggaa)

09 Jun, 18:31


BEEKSISAA

Baratoonni haaraan bara kana Yuuniveesiitii keenyatti ramadamtan hundaaf Guyyaa simannaa barattoota haaraa bara 2013 ALI tti Waxabajjii 28 - 30ti ta'uu isaa kabajjaan beeksifna.

Waamicha baratoota haaraa ilaalchisnee Odeeffannoo dabalataa karaa toora teeleegraamii keenya kana fi toora miidiyaalee mooraa keenya kan isin beeksifnu ta'a.

@YuuniversiitiiWallaggaa
@YuuniversiitiiWallaggaa

Wollega University (Yuuniversiitii Wallaggaa)

30 Dec, 05:55


BARATTOOTA INISTIITIYUUTII SAAYINSII FAYYAA WAGGAA 2FFAA FI ISA OLII HUNDAAF

Guyyaan galmee barattoota inistiitiyuutii fayyaa waggaa 2ffaa isa olii gaafa 23-25/04/2013 ta'uu inistiitiyuutichi beeksiseera.

REGISTRATION FOR ALL 2ND YEAR AND ABOVE INSTITUTE OF HEALTH STUDENTS

Registration for all 2nd year and above is 23-25/04/2013 EC.

@YuuniversiitiiWallaggaa
@YuuniversiitiiWallaggaa

Wollega University (Yuuniversiitii Wallaggaa)

30 Dec, 05:41


Confrimed❗️

Wollega University (Yuuniversiitii Wallaggaa)

29 Dec, 16:54


Barattoota eebbifamtoota hundaaf

@YuuniversiitiiWallaggaa
@YuuniversiitiiWallaggaa

Wollega University (Yuuniversiitii Wallaggaa)

24 Dec, 16:20


Ramaddii dorm barattoota waggaa jalqabaa, kan main fi FBE

The Block Replacement Of 2013 fresh students for main and FBE dorm.


@YuuniversiitiiWallaggaa
@YuuniversiitiiWallaggaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

Wollega University (Yuuniversiitii Wallaggaa)

17 Dec, 11:03


ODUU GAMMACHIISAA❗️

Waamichi barattoota hunduma sirreeffamuun ifa ta'eera

Galmee Barattoota waggaa 1ffaa
16-18/04/2013 yommuu ta'uu

Barattoonni waggaa 2ffaa fi sana oliif immoo gaafa 30/04/2013-02/05/2013 ta'uun sirreeffameera.

Yeroo darbee sirreeffamu danda'a jechuu keenya ni yaadatama.

Registration Date

For first year students
16-18/04/2013 EC

For 2nd year and above
30/04/2013-02/05/2013 EC

@YuuniversiitiiWallaggaa
@YuuniversiitiiWallaggaa

Wollega University (Yuuniversiitii Wallaggaa)

16 Dec, 16:16


Barattoota Eebbifamtootaaf‼️

Jecha dhuma (last word) hamma gaafa 12/04/2013 tti karaa bakka bu'oota kolleejjii keessanii akka galchitaan gamtaan barattoota hubachiiseera.

@YuuniversiitiiWallaggaa
@YuuniversiitiiWallaggaa