Barattoota Yuunivarsiitii

@barattootayuunivarsitii


Channel kun barattoonni yuunivarsiitii akkamitti dubbisuu akka qabanii fi muuxannoo jireenyaa barsiisa

Barattoota Yuunivarsiitii

20 Oct, 17:18


https://vm.tiktok.com/ZMha1o1nA/

Barattoota Yuunivarsiitii

28 Sep, 16:21


Namoonni jireenya keessatti qajeelfama dhaabbataa barbaadu. Baay'ee yaaduu, qindeessuu, beekuu, xiinxaluu hin barbaadan. Jireenya keessatti qara ta'uuf garuu waan yeroo sirraa barbaadu gochuudha.

Fakkeenya: Dubbachuun yeroo waan barbaaddu argattu jira. Callisuun yeroo itti waan barbaaddu argattu jira. Loltee yeroo itti waan barbaaddu argattu jira. Nagaa buustee yeroo itti waan barbaaddu argattu jira. Ofitti qabdee waan barbaaddu yeroo argattu jira, balaaleffatte waan barbaaddu yeroo ittu argattu jira. Qajeelfamni dhaabbataan yeroo hunda "callisi" waan barbaaddu callisuurraa argatta jedhu hin jiru. Garuu, wantoota yeroo itti gootuu fi akkamitti akka gootu beekuun barbaachisaadha. Yoom, akkamitti, eessatti, eenyu faana kan jedhu beekuun murteessaadha. Jireenyarra akkasumatti bololi'uu hin barbaadan.

Sammuu kee billaa yeroo hunda qarame taasisi. Akka gaariitti ittiin muri.

Xiyya sitti darbatame jalaa gowwaa fakkaattee oolta taanaan, fakkaadhu. Gamna hundumaa fagootti arguu fakkaattee mul'achuu si oolcha taanaan fakkaadhu. Rincicaa, akka yeroo hunda wantoonni karaa inni yaadeetti ta'anii of hin godhiin.

Olii Xaafaa

Barattoota Yuunivarsiitii

14 Jul, 14:35


Yuutuubii armaan gadii "Classical" n bashannanuuf subscribe godhaa. Madda bashannanaa fi boqonnaa isiniif ta'ee isin gargaara.


https://youtube.com/@doublegyg?si=Pn85Lsd4wUQrfv2e

Barattoota Yuunivarsiitii

09 Jul, 06:58


https://t.me/major/start?startapp=1100112598

๐Ÿ‘‘Help me to become best of the best in @Major and get some Stars!
15โญ๏ธ invite bonus for you
50โญ๏ธ if you are Premium Major


Taphni kun dhaabbata Telegram matuma isaan jalqabee jira. Major jedhama. Star walitti qabachuun. Baay'ee dhugaadha akkuma notcoin duraati. Warri hin eegalle eegalaa!

Barattoota Yuunivarsiitii

27 Jun, 20:00


Wanti kun dhugaa ta'uun isaa mirkaana'eera. Taphadhaa! Duula maallaqa dijiitaalaa uumuu keessatti hirmaachuuf eegaluu isaati. Jabaadhaa coin tolaa yeroof kenname kana walitti qabadhaa.

Barattoota Yuunivarsiitii

27 Jun, 19:59


https://t.me/pixelversexyzbot?start=1100112598
Let's fight for rewards together!

Take your welcome bonus:
๐Ÿ’ธ 2,000 Coins   2X multiplier for the first 24 hours
๐Ÿ”ฅ 10,000 Coins   3X multiplier if you have Telegram Premium

Barattoota Yuunivarsiitii

05 Jun, 07:31


Ammas warri hin eegalle coin sassabbachuu eegalaa! Wantichi akkuman yeroo darbe isinitti himedha. Launch godhaa eegalaa booda gaabbuun fudhatama hin qabu

Barattoota Yuunivarsiitii

05 Jun, 07:30


https://t.me/hamster_komBat_bot/start?startapp=kentId6870233384
Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop!
๐Ÿ’ธ  2k Coins as a first-time gift
๐Ÿ”ฅ  25k Coins if you have Telegram Premium

Barattoota Yuunivarsiitii

02 Jun, 11:24


Namoonni baay'ee wantoota akka "coin" walitti sassabbachuu akkasumas wantoota biraa yeroo ani asirratti gadhiisu akka nama itti yaadee isin goyyomsuutti warri fudhattan jirtu. Kun dogoggora. Seenaa addunyaa keessatti yeroo itti namoonni gabaa dijitaalaatti dabalamuu danda'an inni lammaafaa amma. Maallaqni dijitaalaa addunyaa dhuunfachaa jira. Waggoota muraasa dura crptocurrency addunyaa irratti jalqabe. Namoota hedduu sooressoota taasise akkuma biyya keenyaattu yoo ilaalle Mensur Jemaal dabalatee jechuudha. Har'a Bitcoin tokko doolaraa Ameerikaa kuma jahaatamii torba 1b=&67000 gabaa kanatti galuun har'a akkaan ulfaataadhaa. Garuu warri dura itti seenan maallaqni akka yandoo waaqaarraatti roobaaf. Kanaan kan walfakkaataan immoo har'a eegalaa jiru. Isaan walqabatee hedduun immoo nama goyyoomsu. Anas dabalatee ni goyyoomsu jechuudha. Itti yaadee yookiis itti gaafatamummaa malee deemee ani waan dogoggoraa channel kanarratti hin barreessu. Kudhan keessaayyuu tokko dhugaa taanaan gahaa waan ta'eefaan asirra kaa'a. Kanaaf akka kanatti na hubachuu qabdu. Ammaaf Hamster Kombat kun %80 dhugaa ta'uu namoota gaafadhee bira gaheera. Kanaaf, eegalaa taphadhaa, wanti sin baay'ee aarsaa gootan hin jiru waan ta'eef. Nagaa ta'aa! Carraa Gaarii!

Barattoota Yuunivarsiitii

21 May, 18:13


Wantoota yeroo qormaataa irraa of eeguu qabnu shanan!
https://youtu.be/LOTVZyjBDIc

Barattoota Yuunivarsiitii

24 Apr, 10:57


Dilbata dhuftu galma guddaa Yuunivarsiitii Mattuutti cidha guddaa qabna. Nurra hin hafinaa. Wal irraa hin hafamu.


Asoosamni "Dirmammuu Garaa" Barataa Warqinaa Baqqalaan barreeffame, Ebila 20/8/2016 bakka hayyoonni, barattoonni kutaalee biyyaattii fi uummanni magaalaa Mattuu hedduun argamanitti ni eebbifama.

Ittiin nu haa gahu!

Carraa Gaarii!

Barattoota Yuunivarsiitii

24 Apr, 10:57


๐Ÿšช๐Ÿšช๐Ÿšช๐Ÿšช๐Ÿšช๐Ÿšช๐Ÿšช๐Ÿšช๐Ÿšช๐Ÿšช๐Ÿšช๐Ÿšช๐Ÿšช๐Ÿšช๐Ÿšช๐Ÿšช๐Ÿšช๐Ÿšช๐Ÿšช๐Ÿšช๐Ÿšช๐Ÿšช๐Ÿšช๐Ÿšช๐Ÿšช๐Ÿšช

Barattoota Yuunivarsiitii

22 Apr, 16:04


" Ani gosa nama kufaatii booda ol ka'ee yaaluu koo itti fufuuti. Abdii kutannaa boodas boquu koo ol qabee yaaluu dirqama koo akka ta'ettan lakkaa'a. Fudhatamummaa dhabuu hamma lapheen koo cabuuttiyyuu yoon deeme, akkan afaan koo qabaadhuuf yoon akeekkachifamees ani gosa nama callisuu filatuu miti.

Lolli koo hamman abdii kutadhutti osoo hin taane hamman mo'utti"

~ Olii Xaafaa

Barattoota Yuunivarsiitii

05 Apr, 12:15


Guddisii karoorsi
Waan milkeessuuf gootummaa si gaafatu karoorsi. Yeroo karoorsitu waan milkeessuuf amantii si barbaadu irratti xiyyeeffadhu. Waan tokko hubadhu bakka ati akka tasaa geessu hin jiru. Waan sammuu kee keessaa hin qabne alatti hin qabaattu. Badhaadhummaan, milkaa'inni jireenyaa sammuu kee keessaa eegala. Si'a barreeffama kana dubbistu waan tokko akka ati yaaddun barbaada, "Bakkan amma jiru kana akka ani jiraadhu kan godhe yaada kooti. Bakkan bor jiraadhus yaada kootu murteessa. Kanaaf, yeroon kun tarkaanfii jireenya koo jijjiiruu fudhachuuf yeroo gaariidha" jettee akka ati of yaadachiistun sitti hima. Goota jireenya isaa jijjiiru ta'i~
# yaadicha kan qoode: Olii Xaafaa

Barattoota Yuunivarsiitii

01 Apr, 13:12


https://youtu.be/3Y7ra-iKGLY?si=-7b6Vl1NrhP9mtd4

Barattoota Yuunivarsiitii

04 Mar, 17:55


https://www.facebook.com/share/v/fasS5qiXgT18ARA4/?mibextid=jmPrMh

Barattoota Yuunivarsiitii

24 Jan, 06:12


https://youtu.be/N_eAG2XELBg?si=rCvZWLp54HgogBgi

Barattoota Yuunivarsiitii

22 Jan, 15:37


https://youtu.be/E9VtCiB1vvY?si=JbZ22dGiYjEtz9eZ

Barattoota Yuunivarsiitii

21 Jan, 17:59


" Life is a cycle of crippling boredom without challenges and  problems to be solved"~ Oli Tafa


The taste of life is so sweet when the pain motivates you, when you get those problems solved, when those challenges piss you off, and eventually when you win.