WallagaUniversity_CCD

@wu_ccd


This is Wallaga University Corporate Communications Directorate 's official Telegeam Channel.

WallagaUniversity_CCD

23 Oct, 10:44


Beeksisa_Sagantaa_Miidiyaa

#Fiilmii_Dokmantafii

Yuunivarsiitiin Wallaggaa Waliigaltee Faanaa Birodkasting Koroporeet waliin taasiseen Qophiilee gara Appilaayidiitti cehuuf taasifamaa jiraniifi kallattii Xiyyeeffannoo jiruufi haala waliigalaa irratti #Fiilmii_Dokmantarii qophaa'e har'a (13/02/2017) galagala #Televizhinii_FBCtti sa'a 2:30 irraa eegalee waan darbuuf akka hordoftan kabajaan isin gaafanna.

==============
#የሚዲያ_ፕሮግራም_ማስታወቅያ

#ዶክመንተሪ_ፊልም
ዩኒቨርሲቲያችን ከፋና ብሮድካስትንግ ኮርፖሬት ጋር ባለዉ የሥራ ስምምነት መሠረት በዩኒቨርሲቲያችን አጠቃላይ የመማር ማስተማር ሥራዎች እና ተዛመጅ ጉዳዮች ላይ በጋራ የተሠራ የዶክመንተሪ ፊልም ዛሬ (13/02/2017) ማታ 2:30 ጀምሮ ስለምተላለፍ እንድትከታተሉ እንጋብዛለን።

WallagaUniversity_CCD

22 Oct, 06:40


#Beeksisa

Muummee Saayinsii Ispoortiirraa

Maatii Daa'immaniifi Guddattoota Umurii 8-16 Gadiif

Yuunivarsiitiin Wallaggaatti Muummeen Saauinsii Ispoortii Daa'immaniifi Guddattoota umuriin isaanii 8-16 gidduu ta'aniif #leenjii_Ispoortii_Woorlid_Teekuwaandoo maatii leenjitootaa waliin ta'uun yeroo boqonnaa barattootaatti leenjisuu barbaada.

Kanaafuu, warreen fedha qabdan guyyaa gaafa 10-15/02/2017tti ragaa mana barumsaafi kan dhalootaa qabachuun Gamoo Laawunjii Istaafii yookiin #Giddugala_Jiimii_Hojjettootaa Yuunivarsiitiichaa dhuftanii akka galmeessitan isin beeksisna

WallagaUniversity_CCD

22 Oct, 04:41


Qophii_Fayyaa_Keessaniin FM Faanaa Naqamtee 96.1
Ka’umsi fi Mallattoowwan Kaanserii Mar’ummaan Furdaa maali?

Marii kallattiin Dr. Amsaaluu Taakkalaa waliin FM faanaa Naqamtee 96.1 irratti gaafa Roobii nu eegaa

Guyyaa Roobii (13/2/2017) waaree booda sa'aa 9:00 irraa eegalee hanga 10:00tti FM Faanaa Naqamtee 96.1#Live dhaggeefadhaa

Dr Amsaaluu Taakkalaa ( Hospitaala Kompireensiivii Ispeeshaalaayizdii Yuunivarsiitii Wallaggaatti Ispeeshhalistii Baqaqsanii yaaluu waliigalaa).