AWASH VALLEY COLLEGE _ Official Channel @avcyu15u42yy62aa02 Channel on Telegram

AWASH VALLEY COLLEGE _ Official Channel

@avcyu15u42yy62aa02

This is an official channel of the College

AWASH VALLEY COLLEGE _ Official Channel (English)

Are you a student or an alumni of Awash Valley College? Do you want to stay updated on all the latest news, events, and announcements from the college? Look no further! Welcome to the official channel of Awash Valley College. Here, you will find all the information you need about the college, straight from the source. From important notices to fun events, we've got you covered. Awash Valley College is known for its excellent academic programs, dedicated faculty, and vibrant campus life. By joining our channel, you will have access to exclusive content, such as behind-the-scenes looks at campus activities, interviews with professors, and even opportunities for student involvement. Whether you are a current student looking for academic support or an alumni interested in reconnecting with your alma mater, this channel is the place for you. Stay connected with your college community, no matter where you are in the world. Join us on this exciting journey of learning and growth. Follow our channel for regular updates and engage with other members of the Awash Valley College community. We are here to support you every step of the way. Don't miss out on any important information. Join the Awash Valley College _ Official Channel today and be a part of our college family. We look forward to connecting with you!

AWASH VALLEY COLLEGE _ Official Channel

23 Jan, 04:44

Odeeffannoo(Information)
Kabajamtoota Bararattoota Degree Batch 2013 Idilee Hundaaf:
Nageenyi bakka jirtanitti isiniif haa tahu!!
#Marii gaafa Ammajii 13/2017 gooneen dhimma Qormaata Exit keessan gaafa Ammajjii 14/2017 adda baha jechuun keenya ni yaadatama.
#Haa tahuu malee, dhimmichi guyyaa sanitti adda bahee waan hin xumuraminiif, guyyaa har'aa Ammajii 15/2017 adda baha jedhamee eeggama.
#Kanaafuu, akkuma dhimmichi adda nuuf baheen isin beeksifna waan taheef kanuma hubattani obsaan akka eeggattan kabajaan isin beeysifna!
Kollejjicha!

AWASH VALLEY COLLEGE _ Official Channel

06 Jan, 19:46

https://www.facebook.com/share/1B8MRUH9Q6/

AWASH VALLEY COLLEGE _ Official Channel

04 Jan, 22:37

Jirra Jirtuu warreen qophii Exit Exam irra jirtan? Link kana irratti cuqaasuudhaan odeeffannoo fi dhimmoota qophiidhaan wal qabatan hordofaa! https://t.me/+U69L7X4Uk_RlOTc0

AWASH VALLEY COLLEGE _ Official Channel

28 Dec, 20:24

Jirra jirtuu Kabajamtoota barattoota keenya! Nageenyi isiniif haa tahu!
Tasgabbaawaa!!
@Kabajamtoota barattoota keenya dhimma qilleensarra deemaa jiru ilaalchisee Bulchinsi naannoo keenyaa deebii quubsaa ragaadhaan deeggarame nuuf kennee waan jiruuf, dubbiin akka ibsa Facebook sanii mitii waan taheef tasgabbaawuudhaan barnoota keeysan akka hordoftan isin hubachiifna!!
Kollejjiicha!!

AWASH VALLEY COLLEGE _ Official Channel

28 Dec, 20:21

28 Dec, 19:37

"Kkkk.....!!"
Seeraan moohamnaan dhara Afuuftee silaa akka isiitti hawaasa keenya abdii murachiisu feete!!
Moohamtee maaliif battifti gaa!
Hundumaafuu xalayaan moohannaa harka keenya jirti...!
Tasgabbaawaa Barnoota Hafarsaa!

AWASH VALLEY COLLEGE _ Official Channel

24 Dec, 07:37

Center of Assessment....!!!!!!!!!

AWASH VALLEY COLLEGE _ Official Channel

21 Dec, 20:31

#Qeebaltii Barattoota Harka Qalleeyyii
Kolleejjiin keessan kollejjiin Awaash Vaalii sirna qeebaltii barattoota harka qalleeyyii taasise.
#Magaalaa Hararitti guyyaa har'aa Muddee 12/2017/ Dec. 12/2024 Galma Aadaa Naannoo Harariitti sirni wal harkaa fuudhinsa Barattootaa Dhaabbata Guddina Hawaasa Oromiyaa fi Kollejjii Awaash Vaalii giddutti taasifame.
#Dhaabbanni Guddina Hawaasa Oromiyaa dhaabbata Miti_mootummaa biyya keeysaa dantaa hawaasaatiif bara 2014 hundeeffamee yemmuu tahuu, rakkoolee hawaasa keenyaa roga hedduudhaan jiran furuuf tattaafachaa kan jiruu dha.

#Sagantaalee dhaabbatichi qabu keeysaa tokko kan tahe "Sagantaan Deeggarsa Carraa Barnootaa Fugug" ykn "Fugug Free Education Program " jedhamu guyyaa har'aa Kollejjii Awaash Vaalii waliin kan baname yoo tahu, Dhaabbatichi marsaa Jalqabaa kanatti barattoota 35 Ispoonsara tahuudhaan Kollejjiicha qeebalchiisee jira.

#Saganticha banuudhaan ibsa bal'aa kan kennan Hojii Gaggeeysaan Dhaabbata Guddina Hawaasa Oromiyaa obboo Sabboonaa Xahaa ibsa kennaniin, dhaabbatichi dhaabbata hawaasaa rakkoo hawaasaatiif hojjetu tahuu isaatiin dhaabbiilee qooda fudhattootaa rakkoo hawaasaa furuu keeysatti #Qeebaltii Barattoota Harka Qalleeyyii
Kolleejjiin keessan kollejjiin Awaash Vaalii sirna qeebaltii barattoota harka qalleeyyii taasise.
#Magaalaa Hararitti guyyaa har'aa Muddee 12/2017/ Dec. 12/2024 Galma Aadaa Naannoo Harariitti sirni wal harkaa fuudhinsa Barattootaa Dhaabbata Guddina Hawaasa Oromiyaa fi Kollejjii Awaash Vaalii giddutti taasifame.
#Dhaabbanni Guddina Hawaasa Oromiyaa dhaabbata Miti_mootummaa biyya keeysaa dantaa hawaasaatiif bara 2014 hundeeffamee yemmuu tahuu, rakkoolee hawaasa keenyaa roga hedduudhaan jiran furuuf tattaafachaa kan jiruu dha.

#Sagantaalee dhaabbatichi qabu keeysaa tokko kan tahe "Sagantaan Deeggarsa Carraa Barnootaa Fugug" ykn "Fugug Free Education Program " jedhamu guyyaa har'aa Kollejjii Awaash Vaalii waliin kan baname yoo tahu, Dhaabbatichi marsaa Jalqabaa kanatti barattoota 35 Ispoonsara tahuudhaan Kollejjiicha qeebalchiisee jira.

#Saganticha banuudhaan ibsa bal'aa kan kennan Hojii Gaggeeysaan Dhaabbata Guddina Hawaasa Oromiyaa obboo Sabboonaa Xahaa ibsa kennaniin, dhaabbatichi dhaabbata hawaasaa rakkoo hawaasaatiif hojjetu tahuu isaatiin dhaabbiilee qooda fudhattootaa rakkoo hawaasaa furuu keeysatti gahee mataa isaanii bahachaa jiran kanneen akka Kollejjii Awaash Vaalii waliin michoomanii kan hojjetan tahuu eeran.
#Bu'uruma kanaan Kollejjii Awaash Vaalii kan filatan tahuu ibsuudhaan, kan har'aa qofa osoo hin taane gara fuula duraattis bal'inaan akka waliin hojjetan ibsanii jiru.

#Itti Aanaa Diinii Kollejjii Awaash Vaalii kan tahan obboo Yuusuf Abbabee gama isaaniitin ibsa kennaniin, hojiin deeggarsa lammiilee harka qalleeyyii akkanaa kun duraanuu toora xiyyeeffannoo kolleejjichaati fi ammaan duraas kollejjichi hojii irra oolchaa kan jiru tahuu himanii; qeebaltii barattoota har'aa qofa osoo hin taane, gara fuula duraattis waliif tumsuudhaan rakkoo hawaasaa furuuf waloon akka hojjetan ibsanii jiru.
#Xumura irrattis barattoonni kunneen amaanaa tahuu ibsanii, amaanaa kanaas galmaan akka gahan ibsanii jiru.
Muddee 12/2017
Harar, Ethiopia.

AWASH VALLEY COLLEGE _ Official Channel

26 Nov, 02:55

https://www.facebook.com/100002614630983/posts/pfbid02CXqBzQ3HpBc7t8KionMbts5MJTkswf9znhEypAfBGd3onbDtyZsukT2rU2rXsaNEl/?app=fbl

AWASH VALLEY COLLEGE _ Official Channel

26 Nov, 02:52

Barattoota keenya Haaraya Kampaasii Hararii fi Kampaasii Maayaatti Haala Nama Gammachiisuun Simanne. Leenjiin Isaan Qopheeysuutiis Haala Haawwataa taheen Kennameef.

Irra deebiโ€™ee Ammas Baga Gara Mana Keeysanii Nagayaan Dhuftan Jechuun Barbaada! Hoji #Geggeeysa_olaana #koollejjii_Awaash_Vaalii Kabajamo Obbo #Musxafaa_Mahammad.

AWASH VALLEY COLLEGE _ Official Channel

20 Nov, 21:11

Waamicha Barattoota Baachii-2017
Kabajamtoota Barattoota Kolleejjii Awaash Vaalii Baachii 2017 Hundaaf!
Kabajamtoota barattoota Koolleejjii Awaash Vaalii Baachii 2017 bakkuma jirtanitti nagayanii isiniif haa tahuu jechaa, ergaa Waamichaa isiniif dabarsuu barbaanna.
Kunis:
Barnoonni keessan akkaataa armaan gaditti taaโ€™een waan jalqabuuf;kanuma hubattanii hundi keessanuu yeroo ibsamee kanatti akka argamtan kabajaan isin beeysifna.
1. Idilee/Regular
#"Orientation" kan kennamu:
๐Ÿ‘‰Sadaasa 14/Sabtii, 2017
Yemmuu tahu;
#Barnoonni immoo;
๐Ÿ‘‰Sadaasa 16/ Wixata, 2017
2 Sabtii fi Alada/Weekend
#"Orientation" kan kennamu:
๐Ÿ‘‰Sadaasa 14/Sabtii, 2017
Yemmuu tahu;
#Barnoonni immoo;
๐Ÿ‘‰Sadaasa 15/ Dilbata/Alada, 2017
๐Ÿ‘‰Hubadhaa! Barnoonni al tokko jalqabamnaan gamaa fi gamana ykn olii fi gadii jedhanii yeroo qisaasuun hin jiru.
๐Ÿ‘‰Fuulleeffannaan gara barnootaa haa tahu!
Nagayaan koottaa!!

AWASH VALLEY COLLEGE _ Official Channel

20 Nov, 21:08

20 Nov, 20:43

18 Nov, 13:48

Hunda Dura Baga Gammaddan Baga geeysan congratulations isiniin janna !!
Barattoota Koollajjii Awaash Vaalii Eeybifamtan hundinuu baga irra aantan isiniin jachaa
Uffata Eeybaa fudhattan hundinuu guyyaa salaasaa qofa qabdan. Kanaafuu barattoonni hundinuu boru ganama sa'aa 1 hanga sa'aa 12tti adabbii tokko maletti galchitanii akka xumurtan.
Hub: Barataan guyyaa boruutti uffata eeybaa hingalchin adabbiin akka isa eeggattu isin beeysifna

Guyyaan 9/3/2017__10/3/2017tti

AWASH VALLEY COLLEGE _ Official Channel

14 Nov, 21:51

#Odeeffannoo Hatattamaa:
Kabajamtoota Qaadhimamtoota Eeybifamtoota Kollejjii Awaash Vaalii Hundaaf!
๐Ÿ‘‰Odeeffannoo armaan gadii haa fayyadamnu.
1. Gaawuniin eeybaa Kaampaasii Muummee Harar irraa Sadaasa 04/2017 Guyyaa Roobii kaleeysaa irraa jalqabee Gaawuniin/uffanni eeybaa eeybifamtootaaf hiramaa jira.
2. Haa tahuu malee Qaadh/eeybifamtoonni hedduun ammallee osoo hin fudhatin jirtan ni jirtu. Keessattuu Eeybifamtoonni Sagantaa Degree Barnoota Fagoo hordofaa turtan hedduun hin dhufne.
3. Kanaafuu guyyaan Gawuniin itti hiramuuf isiniif hafe Sadaasa 05/2017 Jimmata boruu qofa tahuu hubattanii; Guyyaa boruu barii sa'aa 1:00 irraa hanga sa'aa 11:00 qofatti keeysummeeyfamtu waan taheef kana hubattanii akka itti fayyadamtan.
4. Qabdiin Maallaqaa Gaawunichaaf qabsiifamu Qr. 800 yoo tahu, Qr. 400 kiraa Gaawuniitiif oolee, Qr. 400 immoo barataaf deebi'a.
5. Gaawunii fudhattan of eeggannoo ol'aanaadhaan kunuunsitanii qabuun dirqama tahu hubadhaa!
Fkf: Gaawunicha muruun, dhiphisuun, bal'isuun, kalooytaa isaa cabsuun, haada faachoo isaa muruun, Ribaanii waliin kenname gatuun, walumaagalatti Gaawunii fi jala deemtuu Gaawunichaa mara irratti jijjiirama fiduu fi gatuun Qr. 2000.00 kan nama adabsiisuu tahuu isaa akka hubattan cimsinee dhaamna.
6. Gaawuniin guyyaa wixataa jechuunis Sadaasa 09/2017 hanga sa'aa 11:00tti  deebi'uun dirqama yoo tahu, orraafannaan guyyatti Qr.200 nama adabsiisa.
7. Yeroo ibsamee kanaan alatti barataan hin keeysummeeyfamu.
8. Iddoon eeybaa Yunivarsitii Haroomaayaatti Mooraa Haadhoo Baatee, Galma Afran Qal'ootti tahuu beekuudhaan  guyyaa 07/03/2017 ganama sa'aa 1:00 irratti moora Yunivarsitichaa duratti hiriiraan galuu qabdu.
9. Eeybifamaan kamiyyuu baasii mataa isaatiin yeroon itti yaadee bakka eeyba isaa mooraa Yunivarsitichaatti argamuu qaba
10. Barattoonni sagantaa Barnoota Fagoo hordofaa turtan karaa Qindeeysitoota keeysaniitiin gargaaramuun dhimma keessan salphifadhaa!
11. Barataan tokko maatii tokkoo ol iddoo eeybaa seensisuu waan hin dandeenyeef ammumaan wal hubachiisaa!
12.  Xiyyeeffannoo kennuun daddafaa fixadhaa.
13. Odeeffannoo karaa telegram tiin jala buutanii yeroo kamiyyuu caalaa akka hordoftan cimsinee hubachiifna.
    Horaa Bulaa!
                 Congratulation!

AWASH VALLEY COLLEGE _ Official Channel

14 Nov, 21:49

14 Nov, 21:47

11. Xiyyeeffannoo kennuun daddafaa fixadhaa.
12. Odeeffannoo karaa telegram tiin jala buutanii yeroo kamiyyuu caalaa akka hordoftan cimsinee hubachiifna.
Horaa Bulaa!
Congratulation!

AWASH VALLEY COLLEGE _ Official Channel

14 Nov, 21:40

14 Nov, 21:00

๐ŸŽ“ Baga Gammaddan!!
Kabajamtoota Qaadhimamtoota Eeybifamtoota Kollejjii Awaash Vaalii
Hundaaf!
Duraan duursee baga jala bultii eeyba barnoota hordofaa turtanii geessan isiniin jenna.
Itti aansuudhaan imala barnootaa wallaala balleessuuf baroota dheeraa bu'aa bahii hedduu keeysa dabartanii osoo abdii hin muratin xiiqiidhaan tattaafattanii xumura boqonnaa sagantaa barnootaa isa duraa gahuu keeysaniif irra deebinee baga Gammaddan! Ammallee baga Gammaddan!
Horaa Bulaa! Saaraa Dagaagaa!"
Kolleejjii keeysan Kollejjii Awaash Vaalii"

AWASH VALLEY COLLEGE _ Official Channel

14 Nov, 17:53

Ashamaa akkam jirtan Barattoota keenya
Baga geeysan Baga waliin Geenye (Congratulations)
Bu'aa bahii hedduu dabarsuudhaan baga guyyaa kana geeysan
Dhaamsa ๐Ÿ“ฃ
Iddoon Eeybaa Haromaayaa Yuniversitii galma Afran Qallootti.๐ŸŽ“๐ŸŽ“๐ŸŽ“๐ŸŽ“๐ŸŽ“๐ŸŽ“๐ŸŽ“

AWASH VALLEY COLLEGE _ Official Channel

06 Nov, 18:59

Ashamaa Harka fuune Kabajamtootaa Barattoota Koollajjii Awaash Vaalii Eeybifamtoota Bara 2017 Hundaaf
Beeysisa
Hunda Dura Baga jala bultii Guyyaa yaadaafi hawwiin keeysan itti dhugoomeetiin isin gahe .
.kanatti aansuun guyyaa arraa irraa jalqabdanii ergaawwan garaa garaa kan Koollajjicharraa dabran qaamaafi qalbiin hordofuutu isinirraa eeggama.
.Haaluma kanaan Barattoonni Eeybifamoon hundinuu kanneen dippaartimentii garaa garaa barattaniifi sagantaa Barnootaa garaa garaa hordofaa turtan hundinuu Qajeelfama Armaan Gadii Kana hojiirra Olchuun Eeybaaf Akka Qophooytan.
@. Barattoonni Eeybifamu kamiyyuu kafaltii barnootaa kan isa irra jiru akka xumuru.
Fkn1. Barattoonni Digrii sagantaa
Regular,Weekend fi Distance hundinuu kafaltii waggaa ( 4 ) akka xumurtan
2.Barattoonni TVET Muummee Business Acc,HRM fi IT hundinuu Kafaltii Ji'a (24)Akka Xumurtan.
3.Barattoonni Muummee Fayyaa Batch 2014 Nursing,Medwayfer fi Pharmacy kafaltii ji'a (24) akka xumurtan.
4.Barattoonni Muummee Fayyaa Batch 2015 Nursing,Medwayfer,Pharmacy fi Helth Extension hundinuu Kafaltii Ji'a (20)Akka xumurtan.
Walumaa galatti dirqamoota kana guyyaa Roobii 26/2/2017 irraa jalqabdanii hanga guyyaa Isniina 01/03/2017tti Islippii kafaltii teeysanii kutaa finance fiduudhaan waraqaa kiliraansii akka fudhattan. Uffata Eeybaa fudhachuuf waraqaa kiliraansii Harkaa qabaachuu qabdu.
HUBACHIISA: Barataan Dirqamoota asii olii kana hin Raawwanne Uffata Eeybaa fudhachuu Hindandahu

AWASH VALLEY COLLEGE _ Official Channel

12 Sep, 11:46

Kabajamtoota Barattoota Kollejjii Awaash Vaalii Baachii 2016 sagantaa Idilee Hordofaa turtan Hundaaf
#Yaadachiisa....!!
Kanaan dura guyyaan boqonnaa irraa deebitanii barnoonni itti jalqabu Fuulbana 03/2017 tahuu isiniif ibsuun keenya ni yaadatama.
Haa tahuu malee fooyya'insi guyyaa deebitanii gara #Fuulbana 06/2017tti jijjiiramee waan jiruuf kana hubattanii gaafa #Fuulbana 06_09/2017tti Mooraa Barnootaatti argamuudhaan galmooytanii gaafa #Fuulbana 10/2017tti barnoota akka jalqabdan cimsinee isin yaadachiifna!
Kollejjiicha...!

AWASH VALLEY COLLEGE _ Official Channel

11 Sep, 14:56

Bu'aa Qormaata kutaa 12 Aanaa Baddannoo Bara 2016
A. M/BARUMSA Sad. 2ffaa MAGAALAA BADDANNOO:
1. Ayele Salamoon Damisse=370
2. Barok Alemayehu Ishete=353
3. Maruf Yusuf Mohammed=339
4. Nasir Mohammed Ame=333
5. Dursa Abdujelil Aliyi=329
6. Anes Mohammed Aliyi=321
7. Doctor Mohammed Abdella=318
8. Fayike Mohammed Ahmed=318
9. Gemechu Abdo Bekar=309
10. Derartu Abdellahi Baker=308
11. Merara Abdellahi Bekar=300
B. M/BARUMSA Sad. 2ffaa FURDAA:
1. Lenco Mangistu=515
2. Ermias Wondosen=445
3. Murtessa Abdo=429
4. Kedir Jemal=425
5. Firomsa Abdella=412
6. Mohamedaman Musa=401
7. Sufiyan Abdella=384
8. Chala Beyan=360
9. Ahmednur Usman=344
10. Abdulatif Abrahim=341
11. Chala Jemal=325
12. Chala Abdi=314
C. M/B/Sad. 2ffaa ODAA BISHAANII:
1. Muraasaa Kemal=403
2. Kadir Amin=307
D. M/B/ ILLIKKOO GOOBA HAROO:
1. Abadir Tofiq=348
2. Firomsa Ibrahim=326
#W/gala akka Aanaa Baddannootti Barattoota #27tu Qabxii 300 ol fide.

AWASH VALLEY COLLEGE _ Official Channel

22 Aug, 19:46

Kabajamtoota barattoota Kollejjii Awaash Vaalii Kaampaasii Muummee shaash Garaajii fi Hundanee martinuu boruu hoggansaa fi Hojjattoota kolleejjichaatiin sagantaan biqiltuu dhaabuu waan karoorfameef barnoonni guyyaa boruu jechuunis 17/12/2016tti kan hin jirre tahuu hubattanii manuma keessan turuudhaan akka qoo'attan isin hubachiifna.
Kollejjiicha

AWASH VALLEY COLLEGE _ Official Channel

13 Aug, 22:53

Kabajamtoota barattoota Kollejjii Awaash Vaalii BAACHII 2016 Barattan Hundaaf
Dhimmi: Yeroo BOQONNAA keessan isin Beeksisuu ilaala.
Akkuma beekkamuu yeroo ammaatti qormaata xumuraa Semisteera 2ffaa kan xumurtanii fi xumuraa jirtan hundi keessan yeroo boqqonnaattii fuulleeffachuun keeysan ni beekkama.
Haaluma kanaan:
#Barattoonni Department Accounting, HRM, fi IT/ICT, Nurse, Mid_Wifery, Pharmacy fi HE/Extension Baachii 2016 Qormaata xumura Semisteera 2ffaa kana haala milkaawaa taheen xumuraa jiraachuun keessan ni beekkama.
Yeroon boqonnaaf isiniif kenname hanga Fuulbana 01/2017tti waan taheef akkuma qormaata xumurtaniin deemtanii gaafa Fuulbana 02/2017tti sagantaa idilee keessan kan barnootaa irratti akka argamtan cimsinee isin beeysifna.
#Hubachiisa:
#Barattoonni muummee H/Extension fi Pharmacy BAAJII Daawwii Iddoo Hojiitiif oolu boru ganama sa'aa 2:30tti suuraa (size 3ร—4) qabattanii akka fiddan hubachiisaa Baajichi kan isiniif kennamuu hanga sa'aa 8:00tti tahuu isaa isin hubachiifna.
#Dabalataan Barattoonni Business fi IT akkaatuma sagantaa qormaataa hordofaa turtanii fi dhaamsa "Department Head" keessan isin qabsiisuun hogganamuu qabdu.
#Odeeffannoo dabalataatiif 0915 42 62 02 irratti bilbilaa
#Ergaa karaa "Telegram" tiin isiniif dabru yeroo mara hordofaa...
Horaa Bulaa....!!

Hubachiisa:

13 Aug, 18:26

Kabajamtoota barattoota Kollejjii Awaash Vaalii MUUMMEE FAYYAA BAACHII 2016 Barattan Hundaaf
Dhimmi: Yeroo BOQONNAA keessan isin Beeksisuu ilaala.
Akkuma beekkamuu yeroo ammaatti qormaata xumuraa Semisteera 2ffaa kan xumurtanii fi xumuraa jirtan hundi keessan yeroo boqqonnaattii fuulleeffachuun keeysan ni beekkama.
Haaluma kanaan:
1ffaa. Barattoonni Department H/Extension fi Pharmacy Dirree Hojii/Dhaabbilee Fayyaa naannoo jireenya keessaniitti argaman daawwachuuf waan isin dandeessisu BAAJII fudhattanii deemtu waan taheef suuraa (size 3ร—4) tahee qabattanii boru ganama Hagayya 08/2016 sa'aa 2:30irratti qabattanii akka dhuftan kabajaan isin beeysifna. Baajiin boruu hanga sa'aa 8:00tti isiniif kenname kan dhumu taha.
2ffaa. Barataan kamiyyuu jarjaree osoo Baajii hin fudhannee harka qullaa deemuu hin qabu.
3ffaa. Yeroon boqonnaa irraa deebitan Fuulbana 02/2017 yemmuu tahu deemsi keessan Baajii akkuma fudhattaniin taha.
4ffaa. Odeeffannoo dabalataatiif 0915 42 62 02 bilbilaa.
5ffaa. Ergaa karaa "Telegram" tiin isiniif dabruu yeroo mara hordofaa...
Horaa Bulaa....!!

AWASH VALLEY COLLEGE _ Official Channel

11 Aug, 18:35

# Kabajamtoota barattoota Kollejjii Awaash Vaalii sagantaa Muummee FAYYAA Baachii 2015 Hundaaf.
#Akkaatuma sagantaa kaalaandara barnootaa keessaniitiin hanga Hagayya 1/2016tti shaakala Dirree Hojii/Industry training/ irra turuun keessan ni yaadatama.
#Yeroo ammaatti Wixata boruu/Hagayya 06/2016/ irraa jalqabee sagantaan barnoota Daree waan jalqabamuuf hundi keeysan akkaataa sagantaa Chaanaalii telegram keessan irratti isiniif baheetiin iddoo barnootaa keessan irratti akka argamtan kabajaan cimsinee isin hubachiifna.
#Barsiiftoonni keenyaas sagantaa hubachiifamtan sirnaan kabajjanii hojii baruu fi barsiisuu yeroo kamiyyuu caalaa cimsitanii akka eegaltan kabajaan cimsinee isin hubachiifna.
Kollejjiicha!!!!

AWASH VALLEY COLLEGE _ Official Channel

08 Aug, 17:37

Nageenyi Badhaadha!
Kabajamtoota barattoota Kollejjii Awaash Vaalii Baahii 2016 sagantaa TVET tiin Idilee tiin Muummeewwan:
1. Nurse
2. Pharmacy
3. M/Wifer
4. H/Extension
5. Accounting
6. HRM
7. IT/ICT
Sagantaan duraan boru Jimmata _Hagayya 03/2016 ganama sa'aa 2:30tti karoorfamee ture sababi Hogganaan waltajjii Mootummaa tiif yaamamaniif Guyyaa Salaasaa/Kibxataa _Hagayya 07/2016 Ganama sa'aa 2:30tti kan gaggeeyfamu tahuu isin beeysisaa, cabinsa sagantaa uumameef nu ofkalchaa jechaa, guyyaa eerametti barataan hundi akka argamu cimsine hubachiifna.
Kollejjiicha

AWASH VALLEY COLLEGE _ Official Channel

07 Aug, 11:32

Nageenyi Badhaadha!
Kabajamtoota barattoota Kollejjii Awaash Vaalii Baachii 2014 fi 2015 Sagantaa Idilee hundaaf
Barattoonni Muummee:
1. Nurse
2. Pharmacy
3. H/Extension
4. M/Wifer
5. Accounting
6. IT
Hundinuu boruu Hagayya 02/2016 sa'aa 4:00 irratti marii gabaabaa waan qabdaniif duursitanii akka argamtan kabajaan isin beeysifna.
Kollejjiicha!

AWASH VALLEY COLLEGE _ Official Channel

05 Jul, 19:54

Hawaasni kolleejjichaa baga gammaddan!!

AWASH VALLEY COLLEGE _ Official Channel

05 Jul, 19:51

Sagantaa galateeffannaa tajaajila Hawaasummaa aanaa Baddannoo irratti hojjetamaa ture irratti badhaasaa Kolleejjii keenyaaf kenname

1,986

subscribers

143

photos

3

videos