AWASH VALLEY COLLEGE (S U) @avcsu0964ml36al64yu36 Channel on Telegram

AWASH VALLEY COLLEGE (S U)

@avcsu0964ml36al64yu36


Malaa Mariin Ummata keenya nijijjiirra

AWASH VALLEY COLLEGE (S U) (English)

Welcome to the AWASH VALLEY COLLEGE (S U) Telegram channel! This channel is dedicated to all the students, alumni, and faculty members of Awash Valley College, providing a platform for communication, updates, and networking within the college community. Who is it? AWASH VALLEY COLLEGE (S U) is a renowned educational institution that offers a wide range of academic programs, from Business Administration to Engineering to Healthcare. With a commitment to excellence in education and a focus on holistic development, the college aims to equip students with the skills and knowledge needed to succeed in their chosen fields. What is it? The AWASH VALLEY COLLEGE (S U) Telegram channel serves as a virtual hub for all things related to the college. Here, members can stay informed about upcoming events, academic opportunities, job placements, and more. It also provides a platform for students to connect with their peers, share experiences, and seek guidance from alumni and faculty members. Whether you are a current student looking for study resources, an alumni seeking career advice, or a prospective student interested in learning more about the college, this channel has something for everyone. Join us today and become part of the AWASH VALLEY COLLEGE (S U) community! #awashvalleycollege #education #networking

AWASH VALLEY COLLEGE (S U)

20 Nov, 21:08


Waamicha Barattoota Baachii-2017
Kabajamtoota Barattoota Kolleejjii Awaash Vaalii Baachii 2017 Hundaaf!
Kabajamtoota barattoota Koolleejjii Awaash Vaalii Baachii 2017 bakkuma jirtanitti nagayanii isiniif haa tahuu jechaa, ergaa Waamichaa isiniif dabarsuu barbaanna.
Kunis:
Barnoonni keessan akkaataa armaan gaditti taa’een waan jalqabuuf;kanuma hubattanii hundi keessanuu yeroo ibsamee kanatti akka argamtan kabajaan isin beeysifna.
1. Idilee/Regular
#"Orientation" kan kennamu:
👉Sadaasa 14/Sabtii, 2017
Yemmuu tahu;
#Barnoonni immoo;
👉Sadaasa 16/ Wixata, 2017
2 Sabtii fi Alada/Weekend
#"Orientation" kan kennamu:
👉Sadaasa 14/Sabtii, 2017
Yemmuu tahu;
#Barnoonni immoo;
👉Sadaasa 15/ Dilbata/Alada, 2017
👉Hubadhaa! Barnoonni al tokko jalqabamnaan gamaa fi gamana ykn olii fi gadii jedhanii yeroo qisaasuun hin jiru.
👉Fuulleeffannaan gara barnootaa haa tahu!
Nagayaan koottaa!!

AWASH VALLEY COLLEGE (S U)

18 Nov, 17:33


Hunda Dura Baga Gammaddan Baga geeysan congratulations isiniin janna !!
Barattoota Koollajjii Awaash Vaalii Eeybifamtan hundinuu baga irra aantan isiniin jachaa
Uffata Eeybaa fudhattan hundinuu guyyaa salaasaa qofa qabdan. Kanaafuu barattoonni hundinuu boru ganama sa'aa 1 hanga sa'aa 12tti adabbii tokko maletti galchitanii akka xumurtan.
Hub: Barataan guyyaa boruutti uffata eeybaa hingalchin adabbiin akka isa eeggattu isin beeysifna

Guyyaan 9/3/2017__10/3/2017tti

AWASH VALLEY COLLEGE (S U)

14 Nov, 21:51


#Odeeffannoo Hatattamaa:
Kabajamtoota Qaadhimamtoota Eeybifamtoota Kollejjii Awaash Vaalii Hundaaf!
👉Odeeffannoo armaan gadii haa fayyadamnu.
1. Gaawuniin eeybaa Kaampaasii Muummee Harar irraa Sadaasa 04/2017 Guyyaa Roobii kaleeysaa irraa jalqabee Gaawuniin/uffanni eeybaa eeybifamtootaaf hiramaa jira.
2. Haa tahuu malee Qaadh/eeybifamtoonni hedduun ammallee osoo hin fudhatin jirtan ni jirtu. Keessattuu Eeybifamtoonni Sagantaa Degree Barnoota Fagoo hordofaa turtan hedduun hin dhufne.
3. Kanaafuu guyyaan Gawuniin itti hiramuuf isiniif hafe Sadaasa 05/2017 Jimmata boruu qofa tahuu hubattanii; Guyyaa boruu barii sa'aa 1:00 irraa hanga sa'aa 11:00 qofatti keeysummeeyfamtu waan taheef kana hubattanii akka itti fayyadamtan.
4. Qabdiin Maallaqaa Gaawunichaaf qabsiifamu Qr. 800 yoo tahu, Qr. 400 kiraa Gaawuniitiif oolee, Qr. 400 immoo barataaf deebi'a.
5. Gaawunii fudhattan of eeggannoo ol'aanaadhaan kunuunsitanii qabuun dirqama tahu hubadhaa!
Fkf: Gaawunicha muruun, dhiphisuun, bal'isuun, kalooytaa isaa cabsuun, haada faachoo isaa muruun, Ribaanii waliin kenname gatuun, walumaagalatti Gaawunii fi jala deemtuu Gaawunichaa mara irratti jijjiirama fiduu fi gatuun Qr. 2000.00 kan nama adabsiisuu tahuu isaa akka hubattan cimsinee dhaamna.
6. Gaawuniin guyyaa wixataa jechuunis Sadaasa 09/2017 hanga sa'aa 11:00tti  deebi'uun dirqama yoo tahu, orraafannaan guyyatti Qr.200 nama adabsiisa.
7. Yeroo ibsamee kanaan alatti barataan hin keeysummeeyfamu.
8. Iddoon eeybaa Yunivarsitii Haroomaayaatti Mooraa Haadhoo Baatee, Galma Afran Qal'ootti tahuu beekuudhaan  guyyaa 07/03/2017 ganama sa'aa 1:00 irratti moora Yunivarsitichaa duratti hiriiraan galuu qabdu.
9. Eeybifamaan kamiyyuu baasii mataa isaatiin yeroon itti yaadee bakka eeyba isaa mooraa Yunivarsitichaatti argamuu qaba
10. Barattoonni sagantaa Barnoota Fagoo hordofaa turtan karaa Qindeeysitoota keeysaniitiin gargaaramuun dhimma keessan salphifadhaa!
11. Barataan tokko maatii tokkoo ol iddoo eeybaa seensisuu waan hin dandeenyeef ammumaan wal hubachiisaa!
12.  Xiyyeeffannoo kennuun daddafaa fixadhaa.
13. Odeeffannoo karaa telegram tiin jala buutanii yeroo kamiyyuu caalaa akka hordoftan cimsinee hubachiifna.
    Horaa Bulaa!
                 Congratulation!

AWASH VALLEY COLLEGE (S U)

14 Nov, 17:52


Ashamaa akkam jirtan Barattoota keenya
Baga geeysan Baga waliin Geenye (Congratulations)
Bu'aa bahii hedduu dabarsuudhaan baga guyyaa kana geeysan
Dhaamsa 📣
Iddoon Eeybaa Haromaayaa Yuniversitii galma Afran Qallootti.🎓🎓🎓🎓🎓🎓🎓

AWASH VALLEY COLLEGE (S U)

06 Nov, 19:00


Ashamaa Harka fuune Kabajamtootaa Barattoota Koollajjii Awaash Vaalii Eeybifamtoota Bara 2017 Hundaaf
Beeysisa
Hunda Dura Baga jala bultii Guyyaa yaadaafi hawwiin keeysan itti dhugoomeetiin isin gahe .
.kanatti aansuun guyyaa arraa irraa jalqabdanii ergaawwan garaa garaa kan Koollajjicharraa dabran qaamaafi qalbiin hordofuutu isinirraa eeggama.
.Haaluma kanaan Barattoonni Eeybifamoon hundinuu kanneen dippaartimentii garaa garaa barattaniifi sagantaa Barnootaa garaa garaa hordofaa turtan hundinuu Qajeelfama Armaan Gadii Kana hojiirra Olchuun Eeybaaf Akka Qophooytan.
@. Barattoonni Eeybifamu kamiyyuu kafaltii barnootaa kan isa irra jiru akka xumuru.
Fkn1. Barattoonni Digrii sagantaa
Regular,Weekend fi Distance hundinuu kafaltii waggaa ( 4 ) akka xumurtan
2.Barattoonni TVET Muummee Business Acc,HRM fi IT hundinuu Kafaltii Ji'a (24)Akka Xumurtan.
3.Barattoonni Muummee Fayyaa Batch 2014 Nursing,Medwayfer fi Pharmacy kafaltii ji'a (24) akka xumurtan.
4.Barattoonni Muummee Fayyaa Batch 2015 Nursing,Medwayfer,Pharmacy fi Helth Extension hundinuu Kafaltii Ji'a (20)Akka xumurtan.
Walumaa galatti dirqamoota kana guyyaa Roobii 26/2/2017 irraa jalqabdanii hanga guyyaa Isniina 01/03/2017tti Islippii kafaltii teeysanii kutaa finance fiduudhaan waraqaa kiliraansii akka fudhattan. Uffata Eeybaa fudhachuuf waraqaa kiliraansii Harkaa qabaachuu qabdu.
HUBACHIISA: Barataan Dirqamoota asii olii kana hin Raawwanne Uffata Eeybaa fudhachuu Hindandahu

AWASH VALLEY COLLEGE (S U)

22 Oct, 19:07



AWASH VALLEY COLLEGE (S U)

18 Jun, 19:45


https://t.me/AVCdigitallibiraryforTVTstudents

AWASH VALLEY COLLEGE (S U)

10 May, 19:43


Ibsa Gaddaa
  
Awaash Vaalii koollejjii barattuu  Saayinsii Fayyaa Muummee ‘Nursiingi’ waggaa 2ffaa tan turte  Filfillee Caalaa Muluu dhibee tasaa isii muudatteen yaalamaa osoo jirtuu du'aan addunyaa kanarraa boqotteera.Awaash Vaalii koollejjiin du’aan boqachuu barattuu Filfillee Caalaa Muluutti gaddi cimaan kan itti dhaga’ame ta’uu ibsaa, maatii, firoottan, hiriyootafi barsiisota isii maraaf jajjabina hawwa.  

Condolences Message

Awash Valley College is deeply saddened to her about the passing of Filfile Cala Mulu, a second-year Nursing department student. The College extends its heartfelt condolences to her family, friends, classmates, instructors, and the loved ones.

May she soul rest in peace

AWASH VALLEY COLLEGE (S U)

10 May, 17:02


Ibsa Gaddaa
  
Awaash Vaalii koollejjii barattuu  Saayinsii Fayyaa Muummee ‘Nursiingi’ waggaa 2ffaa tan turte  Filfillee Caalaa Muluu dhibee tasaa isii muudatteen yaalamaa osoo jirtuu du'aan addunyaa kanarraa boqotteera.Awaash Vaalii koollejjiin du’aan boqachuu barattuu Filfillee Caalaa Muluutti gaddi cimaan kan itti dhaga’ame ta’uu ibsaa, maatii, firoottan, hiriyootafi barsiisota isii maraaf jajjabina hawwa.  

Condolences Message

Awash Valley College is deeply saddened to her about the passing of Filfile Cala Mulu, a second-year Nursing department student. The College extends its heartfelt condolences to her family, friends, classmates, instructors, and the loved ones.

May she soul rest in peace

AWASH VALLEY COLLEGE (S U)

12 Apr, 16:47


Ergaa Hatattamaa!!
Barattoota Kolleejjii Awaash Vaalii Hundaaf
Akkaatuma sagantaa Barnootaa keeysan kan Duraaniitiin gaafa guyyaa 07/08/2016 irraa eegalee barnootaa fi qormaanni kan kan itti fufuu waan taheef keeysanuu guyyaa jedhameetti barnoota keeysan irratti akka argamtan isin yaadachiifna.
Kollejjicha!!

AWASH VALLEY COLLEGE (S U)

02 Apr, 23:14


Akkuma beekkamu akka guutuu biyyattiitti rakkoo beelaa hamaa Mudate arkaatiifi dhagayaatuma oolla.
Lallaba lammiin lammiif jadhuun Jiilli Kabajamoo Deen KAV Obbo YUUSUF ABABEEtiin duurfamu
Hawaasa waanyaatu dhabee soomana furuu dadhabe.
Hawaasa halawwatee jiraachuu dadhabeef Deeggarsa midhaan nyaataa taasisaniifii jiru.
Galatoomaa Ulfaadhaa umrii nuuf dheeradhaa naaf ja'aani mee

AWASH VALLEY COLLEGE (S U)

02 Apr, 23:10


Jazaan keeysan firdoowsi haatahu Ulfaadhaa

AWASH VALLEY COLLEGE (S U)

13 Mar, 04:56


Hubachiisa......!!
Kabajamtoota barattoota Kolleejjii Awaash Vaalii Hundaaf...!!
Nageenyi bakkuma jirtan maratti isin bira haa gahuu!!
Yeroo ammaatti haala qabatamaa adeemsa baruu fi barsiisuu adeemaa jiruu fi ji'a ramadaanaa torbee dhufu simatamuuf deemu giddu gala godhachuudhaan koreen hoggansa kolleejjii keenyaa walgahii dhiheenyatti gaggeesseen murtiiwwan armaan gadii dabarsee jira.
1ffaa. Hojiilee barnootaa akkuma arkanitti karatti miira danta dhabummaa fi maal naaf dhabdiitiin karatti addaan muranii lafatti gatanii deemuun waan hin taaneef, barsiisaa fi barataan hojii baruu fi barsiisuu hanga ji'a ramadaanaa guyyaa 15tti sirnaan miira leecceellootiin duguuganii akka xumuran murtaa'ee jira.
2ffaa: Yeroo ibsamee kanaan alatti barsiisaa fi barataan kamiyyuu jechootaa fi gochoota adeemsa barnootaa gufachiisanii fi fedhii dhuunfaa calaqqisan kamiyyuu irraa of qusachuudhaan qajeelfama kana hojii irra akka oolchan gorsaa fi akeekkachiifni dabree jira.
3ffaa. Barataan kamiyyuu fedhii dhuunfaa isaatiin yeroo jedhamee kanaan alatti ji'a ramadaanaa sababeeffachuudhaan sagantaa barnootaa idilee isaa dhiisee deemuu hin danda'u. Yoo kan haala kanaan deemuu tahee rakkoolee isa/ishee irra gahuuf itti gaafatamummaa guutuu ofii isaatiif kan fudhatuu fi kollejjichi tarkaanffii barbaachisaas kan fudhatuu tahuu isaa cimsinee hubachiifna!!
Kollejjicha....!!

AWASH VALLEY COLLEGE (S U)

10 Mar, 17:08


Warra Baranaa kan bara hedduu

Baga Ramadaana Bara 1445tiin Isingahe
RAMADAAN KARIIM

Ramadaanni kun
Kan milkii
Kan jaalalaa
Kan rizqii
Kan ibaadaa
Kan darajaa akka isiniiftahu hawwina
Baga geeysan Baga waliin Geenye
RAMADAAN KARIIM