Oromia Press @oromiapress5 Channel on Telegram

Oromia Press

@oromiapress5


Oro

Oromia Press (English)

Welcome to Oromia Press, the leading source of news and information on all things related to Oromia. Our Telegram channel, @oromiapress5, is dedicated to providing up-to-date and reliable news coverage, analysis, and opinions on the region of Oro. Who is Oromia Press? We are a team of dedicated journalists and media professionals who are passionate about bringing you the latest news and stories from Oro. Our goal is to inform, educate, and engage our audience with accurate and timely news reporting that reflects the diverse perspectives and experiences of the Oromia region. What is Oromia Press? Oromia Press is your go-to source for all things Oro. Whether you are interested in politics, culture, economy, or current events in Oro, we have you covered. From breaking news updates to in-depth analysis pieces, our channel offers a comprehensive look at the issues and stories that matter most to the people of Oromia. Join us on @oromiapress5 for daily updates, insightful commentary, and engaging discussions on all things related to Oro. Stay informed, stay connected, and be a part of the conversation with Oromia Press. We look forward to having you as part of our community!

Oromia Press

04 Nov, 17:55


Ramaddiin sagantaa “REMEDIAL”ifoome.

Ramaddiin barattoota Bara 2016 barnoota sagantaa Rimiidiyaalaa(sirreeffamaa) darbanii ifoomeera

Barattoonni:
➡️ marsariitii: https://placement.ethernet.edu.et irratti 
Ykn Telegram: https://t.me/moestudentbot irratti bu’aa isaanii ilaallachuu ni danda’u.

Oromia Press

28 Oct, 18:29


https://t.me/BitgetWallet_TGBot/BGW?startapp=sharetask-SPNQBLjgYdaxQjG
🎁 You’re invited to unlock a mystery gift! 🎁

First 1,000,000 only! Clicking this link guarantees your qualification.

First come, first served, do not wait!

Join me on Bitget Wallet Lite now!

Oromia Press

06 Oct, 12:47


Major, marsariitii isaanii irratti, dhuma torbee kanaa wantoota gammachiisaa ta'an qabnee isiniff dhufna jecha jiru!

Ati hanga ammaatti Major osoo hin jalqabiin jirta? Amma liinkii gadii kana banuun jalqabuu dandeessa.

👉 https://t.me/major/start?startapp=714882437

Oromia Press

04 Oct, 18:36


Woow Ajaaiba

Bot kun guyyaa guyyaadhaan TON 75 qopheessuudhaan warra Bot kana xabatu hirmaachisa.

Akkuma ton isinii galeenis baafachuu dandeessu dafaa eegalaa sa'atii 15 qofatu hafee jira..

TON 75 irratti HIRMAADHAA

Jalqabuuuf👉🏼https://t.me/Boom/LoudCoins?startapp=RSxM9qQpFEuZyu92g23wdT
The $BOOM Farming Has BEGUN!

Join me and WIN Real Money Giveaways for 75 TON Daily and 385 TON Weekly!

🎁 50000 $BOOMCoins as a starting bonus

Make It LOUD! $BOOMCoin!

Oromia Press

03 Oct, 18:33


#DV2026

Iyyanni US Diversity Visa (DV)
bara 2026 irraa eegalee jirra

Ameerikaan namoota kumaatamaan lakkaa’aman Itoophiyaa dabalatee biyyoota adda addaa irraa karaa Diversity Visa (DV) akka fudhattu beekamaadha.


Bara kana namoota 55,000 f Ameerikaan carraa kana qopheessiteetti jedhama jirra carraa kesssaan yaala.

DV 2026 Application is open. Read the attached instructions carefully.
Link: https://dvprogram.state.gov/


#Hubachiisa. Uugaalee barabaachiisuuf mana Interneetii seeraa qabeessa osoo ta'ee gaarii dha.


Namoonni Mana #Interneetii seeraa
qabeessa qabdanii #beeksifadhaa!


Galatoomaa/ThankYou
  

Oromia Press

01 Oct, 07:28


Beeksisa
Qacarrii Barsiisota Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa ilaallata.
----------
BBO- Fulbaana 21/01/2017 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barsiisota Barattoota Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa 7 keessatti ramadamanii barsiisuuf fedhii qabaniifi ulaagaa barbaachisaa ta'e guutan dorgomsiisee qacaruu barbaada.
Kanaafuu, Barsiisotni fedhii qabdan beeksisa asii gaditti argamu ilaaluun galmaa'uufi dorgomuu ni dandeessu.

Oromia Press

23 Sep, 15:16


https://result.ethernet.edu.et/ngat_result

Oromia Press

23 Sep, 06:52


Yuunivarsitiilee tokko tokkoofi guyyaa waamichaa

🔵 #yuunivarsitii_Waldiyaa: Galmeen Fulbaana 27 fi 28/2017

🔵 #yuunivarsitii_Wallaggaa: Galmeen Fulbaana 20 fi 21/2017 (Barnoonni Fulbaana 22/2017 eegala)

🔵 #yuunivarsitii_Miizaan_Teeppii: Galmeen Fulbaana 06 fi 07/2017

🔵 #yuunivarsitii_Samaraa: Galmeen Fulbaana 09 fi 10/2017 (Barnoonni Fulbaana 13/2017 eegala)

🔵 #yuunivarsitii_Salaalee: Galmeen Fulbaana 20 - 21/2017

🔵 #ASTU (Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa): Galmeen Fulbaana 21- 22/2017 (Barnoonni Fulbaana 23/2017 eegala, Adabbiin galmaa’uuf Fulbaana 23-24/2017)

🔵 #yuunivarsitii_Qabri_Dahar: Galmeen Fulbaana 20 - 21/2017

🔵 #yuunivarsitii_waachaamoo:
   - Digirii jalqabaa: Galmeen Fulbaana 27 fi 28/2017 (Barnoonni Fulbaana 30/2017 eegala)
   - Digirii lammaffaa: Galmeen Fulbaana 19 fi 20/2017 (Barnoonni Fulbaana 23/2017 eegala)
   - Sirreeffama Bu’aa darbiinsa: Galmeen Onkoloolessa 4 fi 5/2017

🔵 #yuunivarsitii_DirreeDawaa: Galmeen Fulbaana 8 - 10/2017

🔵 #yuunivarsitii_Arbaa_Minci: Galmeen Fulbaana 19/2017

🔵 #yuunivarsitii_Mattuu: Galmeen Fulbaana 20 fi 21/2017

Oromia Press

22 Sep, 04:19


#Viidiyoo Mucaa waggaa tokkoofi mucaa ji’a torba gudeeduun erga to’annaa poolisii jala oolee booda ummanni aarii guddaan mana hidhaa cabsuun namicha gudeede kana fuudhanii karaatti baasanii akka viidiyoo kana irratti mullatutti abiddaan gubanii ajjeesan.

Taateen kum Biraazil keessattidha kan raawwate!

Oromia Press

14 Sep, 04:00


Maqaa Barsiisota Bara 2017 Jijjiirraan Godina Harargee Bahaa irraa gara Godinaalee Oromiyaa biroo galanii.

Oromia Press

09 Sep, 22:08


Barattoonni keenya obsaan karaawwan sadaniin yaalaa, sababa rakkina serveriitiif dafee hin dhufu.

1. Poortaala: https://result.eaes.et
2. Bot Telegiraamii:- https://t.me/EAESbot
3. Ergaa gabaabaa (SMS) 6284 irratti 'R' dursuun registration number galchuudhaan. Filannoon kun kaffaltii ni qabaata.

https://haurouja.net/4/6246757

https://haurouja.net/4/6246757

Oromia Press

09 Sep, 13:28


#kutaa_12ffaa

Ministeerri Barnootaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa ilaalchisee miidiyaaf ibsa kenneera. Ibsa kanaanis qabxiiwwan armaan gadii kaafameera:

📌 Bu’aan qormaata kutaa 12ffaa guyyaa har’aa halkan sa’a 6tti gadhiifama.

📌 Galmee bara kana irratti fooyya’iinsi taassifameera. Bara darbe barattoota galmaa’an keessaa barattoonni 1,246 qormaati isaanii jalaa kan haqame yommuu ta’u, bara kana fooyya’iinsa kanaan barattoota 365 qofatu qormaati isaanii jalaa haqame.

📌 Bara kana qormaata walmakaatu kenname, barattoonni oonlaayiniifi waraqaa irratti qoramaniiru. Walii gala, barattoonni oonlaayin qoraman lakkoofsaan 29,736 dha, isaan keessaas dhibbeentaa 26.6 tu darbe

📌 Oonlaayin qoruun waraqaa irratti qoruu akka caalu hubatame, sababa kanaan qormaata oonlaayin haala fooyya’aan qoruu irratti ni hojjetama.

📌 Barattoonni 313 sababa seera qormaataa diiganiif qormaati isaanii jalaa haqameera.

📌 Qabxii guddaan bara kanaa shamarraniin galmaa’e. Saayinsii Uumamaa irraa qabxii 575/600 mana barnootaa Kaateediraal irraa, Saayinsii Hawaasaa irraa qabxii 538/600 mana barnootaa Itiyoo Paarent irraa galmaa’eera.

📌 Tigraayitti qormaanni bara kana 700 keessaa kan qorame yommuu ta’u, qabxii guddaan 675/700 galmaa’eera. Naannoolee biroo irraa shamarraniin qabxii guddaa galmeessaniiru.

📌 Bara kana manni barnootaa 1,363 barataa tokkollee hin dabarsine.

Oromia Press

06 Sep, 19:12


#Kutaa 12ffaa

#Bu'aan qormaata akkuma gadhiifameen marsariitii armaan gadii irratti ni ilaaluu dandeessu.

1. eaes.et
2. eaes.gov.et
3. eaes.edu.et
4. result.neaea.gov.et
5. SMS 6284
6.https://t.me/EAESbot

#Share

Oromia Press

27 Aug, 16:56


Major, marsariitii isaanii irratti, dhuma torbee kanaa wantoota gammachiisaa ta'an qabnee isiniff dhufna jecha jiru!

Ati hanga ammaatti Major osoo hin jalqabiin jirta? Amma liinkii gadii kana banuun jalqabuu dandeessa.

👉 https://t.me/major/start?startapp=714882437

Oromia Press

20 Aug, 16:44


Beeksisa Qacarrii

Guyyaan Galmee:
15/12/ - 24/12/2016 guyyoota hojii qofa.
#Iddoo_Galmee :-
- Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa - 7'n hunda keessattiifi
-Biiroo Barnootaa Oromiyaa(Finfinnee) kutaa Daayirektoreetii Hordoffii Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaafi Addaatti galmaa'uu ni dandeessu.

#Carraa_Gaarii!