ORO LIVERPOOL @oroliverpool12 Channel on Telegram

ORO LIVERPOOL

@oroliverpool12


๐Ÿ’ซ W E L C O M E ๐Ÿ’ซ
 
Kun Channel guddicha Oro Liverpool dha channel kana irraatti

๐Ÿ’ขOduu Ho'aa Waa'ee liivarpuul

๐Ÿ’ขJijjiirraa

๐Ÿ’ข Tamsaasa kallattii

๐Ÿ’ขSeenaa taphattoota fi k.k.f

CREATOR ร— @ibsapro

Founded โ€ข
Oro Liverpool 2024

ORO LIVERPOOL (Oromo)

Oro Liverpool kan walqixa guutuudha. Kan akka isaatti gufachiisuu dha. Oro Liverpool kan yoo ta'u, jedhu, kallattii fi taphattoota kana gara guddaa, Walqixaa fi heeruma walqabameefuu ta'u, kan tokkummaa dhiisuufi walqunnamuu dandeessi. Oro Liverpool, 2024, akka qabanitti, akka xiqqoo guddaa, kan walqixa haaraya. Oro Liverpool guddicha ibsaapro jedhu kun, kanaafi dhaamani. Oro Liverpool, sabboontoota Oromoota yoo ta'u, Oro Liverpoolee yoo barbaadu ta'u, Oro Liverpool kana gargaarsii. Oro Liverpool, gargarummaa keessatti guyyaa guutuu ta'ee, walqixaa keessaa. Oro Liverpool guddicha kana, Oromoo fi Oromiyaa keessatti bahuudha. Oro Liverpool, gargarummaa keessatti, Walqixaa fi walqabamesii ta'u, Oromoo fi Oromiyaa keessatti, Oro Liverpool kana gargarummaa keessatti. Oro Liverpool kan walqixa haaraya. Oro Liverpool, walqixaa keessatti, Oromoo fi Oromiyaa keessatti, Oro Liverpool kana barbaadu ta'uu, Oro Liverpool, gargarummaa keessatti, Walqixaa fi walqabameffis ta'u, Oromiyaa keessatti. Oro Liverpool, kana hundumtuus, Oro Liverpool, gargarummaa keessatti, Walqixaa fi walqabamesii ta'u, Oromoo keessatti. Oro Liverpool, kana hundumtuu, Oro Liverpool, gargarummaa keessatti, Walqixaa ta'u, Oromiya keessatti. Oro Liverpool, gargarummaa keessatti, keessatti, Walqixaa fi walqabamesii ta'uu, Oromiya keessatti. Oro Liverpool, kana hundumu. Oro Liverpool, gargarummaa keessatti, Walqixaa fi walqabamesii ta'ee, Oromiya keessatti.

ORO LIVERPOOL

07 Dec, 09:08


๐Ÿšจ BREAKING

Sababa obomboleettiin cimaan magaalaa Liivarpuul keessatti muudateen taphni Darbii Mersisaayd Evertan fi Liverpuul gidduutti taasifamu guyyaa biraatti dabarfamee jira.

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

05 Dec, 13:48


Istaatiksii Rayaan Giraaveenbirchi fi Mohammad Saalaah Piriimeer Liigiin baatii Sadaasa keessa qaban.

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

05 Dec, 13:45


Galchii Mo Saalaan Biraayteen irratti lakkoofsise kaadhimamtuu Goolii bareedduu Piriimeer Liigii ji'a sadaasa ta'uun hammatameera.

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

05 Dec, 13:43


๐Ÿ”ด Mohammad Saalaah fi Rayaan Giraaveenbirch Kaadhimamtoota taphattoota ciccimoo Piriimeer Liigii Ingilaandi baatii Sadaasa keessatti hammatamaniiru.

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

05 Dec, 13:42


Arnee Siloot baatii Sadaasa keessa Riikardii galmeessise:

โœ… Taphoota 3
โœ… Kan injifate 3
๐Ÿค Walqixa 0
โŒ Kan Injifatame 0

Badhaasni kun leenjisaa dinqisiisaa Arnee Silootiif ni mala ! ๐Ÿ”ฅ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

05 Dec, 13:40


๐Ÿ”ดArnee Siloot Kaadhimamtoota Leenjisaa cimaa Piriimeer Liigii Ingilaandi baatii Sadaasa keessatti hammatamuu danda'eera.

Boss.....

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

05 Dec, 11:14


Mo Saalaan Riikardii haaraa galmeessise.

Mo Saalaan tapha kaleessaa irratti gooliiwwan 2 kiyyoo keessa buusuu hordofee taphattoota goolii hedduu lakkoofsisuun dursaa jiran kan Piriimeer Liigii Ingilaandi Erliingi Haalandiin kan qabamee ture caaluun sadarkaa 1ffaa qabateera.

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

05 Dec, 10:59


Seenaa keessatti Tireenti
Aleeksandar Arnooldi taphataa cimaa sarara ittisaa Piriimeer Liigii Ingilaandi kubbaa mijeesse kennuun (Assist) dhaan sadarkaa 1ffaa qabateera.

Assist 60 โค๏ธ๐Ÿ”ฅ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

05 Dec, 10:15


Mohammad Saalaah taphoota darban 7 irratti:

โšฝ๏ธ๐ŸŽฏGoolii fi Assistii Cheelsii Irratti
โšฝ๏ธGoolii 1 Arsenaal irratti
โšฝ๏ธGoolii 1 Biraayteen irratti
โšฝ๏ธ๐ŸŽฏGoolii fi Assistii Astoon Viillaa irratti
โšฝ๏ธโšฝ๏ธGoolii 2 Saawuzhaampitan irratti
โšฝ๏ธ๐ŸŽฏGoolii fi Assistii Maan Siitii irratti
โšฝ๏ธ๐ŸŽฏ Goolii 2 fi Assistii 1 Niwukaastil irratti

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

05 Dec, 10:10


Mo Saalaan tapha kaleessaa irratti sochii dinqisiisaa agarsiiseen Taphataa cimaa taphichaa ta'uun filatameera.

Siif mala goota๐Ÿ”ฅโค๏ธ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

04 Dec, 21:28


โšฝ๏ธ๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟTaph Eeggamaa Piriimeer liigii Ingilaandi Torbee 14ffaa

โฐ Xumurameera

Niwukaastil 3-3 Liivarpuul
โšฝ๏ธAyizaak โšฝ๏ธJoonsi 50'
โšฝ๏ธGoordan โšฝ๏ธSaalaah ร—2

๐ŸŸ | Seent Jeemsi

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

04 Dec, 21:24


Rukuttaa adabbii argatanii itti hin fayyadamne

ORO LIVERPOOL

04 Dec, 21:22


Maakalistar

ORO LIVERPOOL

04 Dec, 21:22


Hin kennisisuu

ORO LIVERPOOL

04 Dec, 21:21


Peenalitii gaafachaa jiru
Liivarpuul

ORO LIVERPOOL

04 Dec, 21:21


Daqiiqaa dabalataa +5

ORO LIVERPOOL

04 Dec, 21:20


Keeleehaar balleessaa guddaa hojjete

ORO LIVERPOOL

04 Dec, 21:20


3:3

ORO LIVERPOOL

04 Dec, 07:47


Diyaagoo Jootaa har'a guyyaa dhaloota isa waggaa 28ffaa kabajachaa jira.

Baga dhalatte mataa dhiiraa!

HAPPY BIRTHDAY ๐ŸŽ‚ ๐Ÿฅณ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

04 Dec, 07:27


Tilmaama Hiriira tapha har'a

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

04 Dec, 07:26



๐ŸšจMohammad Saalaan taphataa cimaa ji'a kan Live_Score ta'uun filatameera.

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

04 Dec, 06:09


| #MATCH_DAY | ๐Ÿฟ

๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟTapha Eeggamaa Piriimeer liigii Ingilaandi Torbee 14ffaa!

โšช๏ธ Niwukaastil Vs Liivarpuul ๐Ÿ”ด

 ๐Ÿ“† | Har'a

 โฐ | Galgala 4:30

 ๐ŸŸ | Dirree Seenti Jeemsi

๐Ÿ“ฒ | Tamsaasa kallattii
@Oroliverpool12

Injifannoon simboo Ingilaandi
Liivarpuuliif! โค๏ธโ€๐Ÿ”ฅ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

03 Dec, 22:02


Caoimhin Kelleher ๐Ÿ‘Œ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

03 Dec, 12:45


๐Ÿ†• | Feedirikoo Kiyeezaa guutummaa guututti gara shaakalatti deebi'eera.

Sababa kanaaf Tapha Niwukaastil waliin qabnu hiriira keessa seenu danda'a.

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

03 Dec, 11:29


Arnee Siloot:

"Waanti nuti sodaannu tokkoyyuu hin jiru
แŠ แˆญแŠ” แˆตแˆŽแ‰ต"

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

02 Dec, 19:48


Liivarpuul Ramaddii FA Kaappii Ingiliz Marsaa 3ffaa Akriingitan Istanilii waliin ramadame

Liivarpuul ๐Ÿ†š๏ธ Akriingitan

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

02 Dec, 19:29


Ramaddiin FA Kaappii Ingiliz baha jira....

ORO LIVERPOOL

02 Dec, 19:22


Gabatee Sadarkaa Piriimeer Liigii Ingilaandi Torbee 13ffaa

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

02 Dec, 19:18


| #๐—ก๐—˜๐—ซ๐—ง_๐— ๐—”๐—ง๐—–๐—› | ๐Ÿฟ

๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟTapha Eeggamaa Piriimeer liigii Ingilaandi Torbee 14ffaa!

โšช๏ธ Niwukaastil Vs Liivarpuul ๐Ÿ”ด

 ๐Ÿ“† | Roobii

 โฐ | Galgala 4:30

 ๐ŸŸ | Dirree Seenti Jeemsi

๐Ÿ“ฒ | Tamsaasa kallattii
@Oroliverpool12

Injifannoon simboo Ingilaandi
Liivarpuuliif! โค๏ธโ€๐Ÿ”ฅ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

02 Dec, 05:28


"Taphni Maanchistar Siitii fi Liivarpuul Dirree keenya Anfiildi Rood itti waliin taasisne tarii tapha koo isa dhumaa akka ta'e nan yaada."

๐Ÿ—ฃ:Mo Saalaah

Mo ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

02 Dec, 05:17


Simikaas โค๏ธ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

02 Dec, 05:17


Ibuuuuuuuuuuuuuuuuuuu

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

02 Dec, 05:10


Vaandayik ๐Ÿ—ฃ: "Injifanichi nuuf mala ture, xiyyeeffannoon keenya ammaa tapha isa itti aanuu kan Niwukaastil ta'a.

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

02 Dec, 05:06


Mo Saalaan tapha kaleessaa irratti Taphataa cimaa taphichaa ta'uun filatameera.

POTM ๐ŸŒŸ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

02 Dec, 05:05


Akkam bultan maatiin Oro Liverpool!

Guyyaa gaarii qabadha!

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

01 Dec, 18:13


Nagaan bulaa Maatiin Oro Liverpool hundi keessan!

Halkan gaarii!

Channel keenya Join godhadha

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@ORO_SKY_SPORT

@OROLIVERPOOL14

@OROLIVERPOOL13

@OROLIVERPOOL12

@OROLIVERPOOL15

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+Q_P2Poi-yCM5MTU8

ORO LIVERPOOL

01 Dec, 18:06


ARNE SLOT LA LA LA LA LA LA LA ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

01 Dec, 18:05


Mo Saalaa bara kana liigichaan

โšฝ๏ธ Gooliiwwan - 11
๐Ÿ”ฅ Assistiiwwan - 7

WHAT A PLAYER ๐Ÿฅถ๐Ÿ”ฅ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

01 Dec, 18:01


Reetiingii taphattoota keenyaa

๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

01 Dec, 17:57


Liivarpuul qabxii 9 Liigicha dursaa jira

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

01 Dec, 17:55


โšฝ๏ธ๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟTapha Eeggamaa Piriimeer liigii Ingilaandi Torbee 13ffaa

โฐ | Xumurameera

Liivarpuul 2-0 Maan Siitii
โšฝ๏ธGaakpoo 12'
โšฝ๏ธSaalaah 78'

๐ŸŸ | Anfiild Rood

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

01 Dec, 17:51


Eliyoot miidhama booda gara dirreetti deebi'eera

Welcome Back! ๐Ÿ”ฅ

ORO LIVERPOOL

01 Dec, 17:50


Daqiiqaa dabalataa +4

ORO LIVERPOOL

01 Dec, 17:50


Koornaa nuuf

ORO LIVERPOOL

01 Dec, 17:50


Eliyoot seene
Diyaaz bahe

ORO LIVERPOOL

01 Dec, 17:49


Yaalii bareedaa

ORO LIVERPOOL

01 Dec, 17:49


Joooooooooooooo

ORO LIVERPOOL

01 Dec, 17:48


Rukuttaa adabbii isaaniif

ORO LIVERPOOL

01 Dec, 17:47


Daqiiqaa 88'

ORO LIVERPOOL

01 Dec, 17:47


Peep kolfaa jira
maalooodha!

ORO LIVERPOOL

01 Dec, 17:46


Kubbaan nu bira jira

ORO LIVERPOOL

01 Dec, 17:45


Dookuu OFFSIDE

ORO LIVERPOOL

01 Dec, 17:43


Saalaan bahe

Joonsi seene

ORO LIVERPOOL

01 Dec, 17:40


GOOOAAALLLLL SAALAAH

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+Q_P2Poi-yCM5MTU8
https://t.me/+Q_P2Poi-yCM5MTU8

ORO LIVERPOOL

16 Nov, 13:01


Taphoota 5n Liivarpuul gara fuulduraa itti qabu.......

Saawuzhaampitan
Riyaal Maadriid
Maanchistar Siitii
Niwukaastil
Evartan

Qabxii meeqa arganna?
Comment jalatti.....

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

15 Nov, 08:15


Tapha kaleessaa irratti Keeleehaar biyya isaa Ayirlaandi mo'amuu jalaa baraareera. Kanumaan goolii eegan Liivarpuul Keeleehaar Reetiingii guddaa taphichaa irratti argateera.

Hin dandeessa ๐Ÿ’ช

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

15 Nov, 07:24


First game, First goal, First win......

Mucaan kilaba keenya Kaartiis Joonsi tapha kaleessaa irratti goolii tokkoo fi sochii dinqisiisaa inni agarsiiseen taphataa urjii taphichaa ta'uun filatameera.

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

12 Nov, 16:49


๐Ÿ“ŠGabatee Sadarkaa Piriimeer Liigii Ingilaandi Torbee 11ffaa

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

12 Nov, 16:49


POTM

Siif mala goota โค๏ธ๐Ÿ”ฅโšฝ๏ธ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

09 Nov, 21:57


๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟTapha Piriimeer liigii Ingilaandi Torbee 11ffaa

โฐXumurameera

Liivarpuul 2-0 Astoon Viillaa
#Nuuneez 20'
#Saalaah 84'

๐ŸŸ | Anfiildi Rood

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

09 Nov, 21:54


Xumurameera

ORO LIVERPOOL

09 Nov, 21:54


Deeggartoonni YNWA faarsaa jiru

ORO LIVERPOOL

09 Nov, 21:54


Rukuttaa adabbii nuuf

ORO LIVERPOOL

09 Nov, 21:52


Kubbaa akkamii deebise

ORO LIVERPOOL

09 Nov, 21:52


Keeleehaar ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

ORO LIVERPOOL

09 Nov, 21:52


Premier League ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ
Liverpool โค๏ธโค๏ธโค๏ธ

ORO LIVERPOOL

09 Nov, 21:52


Arnee Siloot.......
๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

ORO LIVERPOOL

09 Nov, 21:52


What a team!

ORO LIVERPOOL

09 Nov, 21:51


Daqiiqaa dabalataa+4

ORO LIVERPOOL

09 Nov, 21:50


Maakalistar bahe

Endoon seene

ORO LIVERPOOL

09 Nov, 21:48


Goolii Saalaa Ilaaluuf
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/+Q_P2Poi-yCM5MTU8

ORO LIVERPOOL

09 Nov, 21:47


Gootichaaf Al tokko ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ‘โค๏ธ

ORO LIVERPOOL

09 Nov, 21:46


Boooooooooooooooooom Boooooooooooooooooom

ORO LIVERPOOL

09 Nov, 21:45


Mo Saalaahhhhh kiyyoo
keessa buusee

ORO LIVERPOOL

09 Nov, 21:44


Maalan jedhe

Hin dabalama
Hin dabalama
Hin dabalama

ORO LIVERPOOL

09 Nov, 21:44


Liiiiiveeeeekoooooooooooo

ORO LIVERPOOL

09 Nov, 21:44


๐—š๐—ข๐—ข๐—ข๐—ข๐—ข๐—ข๐—ข๐—Ÿ๐—Ÿ๐—Ÿ๐—Ÿ๐—Ÿ๐—Ÿ๐—Ÿ๐—Ÿ๐—Ÿ

ORO LIVERPOOL

09 Nov, 21:44


๐—š๐—ข๐—ข๐—ข๐—ข๐—ข๐—ข๐—ข๐—Ÿ๐—Ÿ๐—Ÿ๐—Ÿ๐—Ÿ๐—Ÿ๐—Ÿ๐—Ÿ๐—Ÿ

ORO LIVERPOOL

07 Nov, 16:19


Garee cimaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa torban kanaa

Luwiis Diyaaz ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

07 Nov, 16:15


Taphoota Chaampiyoonsi liigii Awurooppaan 4n itti aanan Liivarpuul qabu:-

Riyaal Maadriid
Jiroonaa
Liillii
PSV

100% injifannoo dhaan galla!

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

07 Nov, 16:15


Kaadhimamtoota taphattoota ciccimoo Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaa torban kanaa

Luwiis Diyaaz keessatti hammatameera.

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

07 Nov, 10:52


Highlights Tapha ilaaluuf

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/Oroliverpool14

ORO LIVERPOOL

06 Nov, 19:41


Liivarpuul taphataaa sarara gidduu Riyaal Maadriid Awureeliyaan Chuuyameen mallatteessifachuuf ni barbaadu jedha maddi.

Madda:- Teamtalk

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

06 Nov, 07:54


B/R Football โšฝ๏ธ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

06 Nov, 07:49


Gabatee Sadarkaa Piriimeer Liigii Ingilaandi bara darbee fi bara kana

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

06 Nov, 07:15


Luwiis Diyaaz kilaba isaa Liivarpuul fi Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa yeroo jalqabaaf lammii Kolombiyaa ta'ee Haatrikii hojjeteeraa.

Incredible ๐Ÿ˜ฒ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

06 Nov, 07:13


Luwiis Diyaaz tapha Galgal irratti badhaasa taphataa cimaa fi gubbaa Haatrikii fudhateera.

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

06 Nov, 07:12


Taphataa Urjii taphichaa ta'uun Luwiis Diyaaz filatameera

POTM

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

06 Nov, 07:11


Kilabni keenya Qaaliin Ingilaandi Liivarpuul Chaampiyoonsi liigii Awurooppaan:-

๐ŸŸTaphoota 4
โœ…Kan injifate 4
โšฝ๏ธGooliiwwan 10
๐Ÿฅ… Kan keessummeesse 1

TOP OF THE TABLE ๐Ÿ”ฅ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

06 Nov, 07:09


Kubbaa Keeleehaar deebisaa ture ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

Aliisan = Nuuf taatettaโšฝ๏ธ๐Ÿ”ฅ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

06 Nov, 07:07


Gabatee guutuu Sadarkaa Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaa

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

06 Nov, 07:07


Gabatee Sadarkaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa

Liivarpuul 1ffaa

Gabatee Sadarkaa Piriimeer Liigii Ingilaandi

Liivarpuul 1ffaa

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

06 Nov, 06:45


Tapha kaleessaa irratti Luwiis Diyaaz Haatrikii isaa wajjin taphata cimaa taphichaa ta'uun filatameera

POTM

Siif mala goota๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

06 Nov, 06:44


Luwiis Diyaaz Haatrikii

Daqiiqaa 61'
โšฝ๏ธ

Daqiiqaa 83'
โšฝ๏ธโšฝ๏ธ

Daqiiqaa 92'
โšฝ๏ธโšฝ๏ธโšฝ๏ธ
๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

06 Nov, 06:43


Mo Saalaah Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaa irratti:-

๐ŸŸTaphoota 4
โšฝ๏ธGoolii 1
๐Ÿ”ฅAssistii 4

The Egyptian King ๐Ÿคด

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

06 Nov, 06:42


No look goal ๐Ÿ‘€

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

06 Nov, 06:41


Arnee Siloot ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

05 Nov, 13:17


โœ… Guyyaa Taphaa

๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡บTapha Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaa Marsaa 4ffaa

Liivarpuul ๐Ÿ†š๏ธ Leevarkusan

๐Ÿ“† Har'a

โฐ Galgala 05:00

๐ŸŸ Dirree Anfiildi Rood

๐Ÿ“ฒ Tamsaasa kallattii
@Oroliverpool12

Injifannoo boonsaa simboo Ingilaandi Liivarpuuliif!!!!!!

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

03 Nov, 11:40


I know..........

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

03 Nov, 11:40


Torbee baaredduu ture โค๏ธโค๏ธโค๏ธ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

03 Nov, 11:28


Mohammad Saalaah bara kana Liivarpuuliif:-

๐ŸŸTaphoota 15
โšฝ๏ธGooliiwwan 9
๐Ÿ”ฅAssistii 7

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

03 Nov, 09:49


Tapha Kaleessaa irratti Gootichi warra Afrikaa Mo Saalaan taphataa urjii taphichaa ta'uun filatameera

Kana caala siif mala goota!

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

03 Nov, 07:16


This isn't normal Cody gakpo ๐Ÿ˜ฎโ€๐Ÿ’จ

๐Ÿฅถโšฝ๏ธ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

03 Nov, 07:03


Kana boodaa bitaa fi mirgaan Fullback irratti taphattoota hiriira......

Arnooldi ร— Simikaas

๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

03 Nov, 06:28


Highlights tapha kaleessaa gadhiifameera

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/Oroliverpool14/151

ORO LIVERPOOL

02 Nov, 18:51


Joo Goomeez

"Liivarpuul anaaf waan hunda kooti."

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

02 Nov, 18:32


Wataruu Endoo jijjiiramee seenuun tapha isaa 50ffaa Liivarpuuliif taphateera.

Legend ๐Ÿ’ช

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

02 Nov, 17:15


Goolii injifannoo saalaan lakkoofsise

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

02 Nov, 17:14


Assister

Al โค๏ธโค๏ธโค๏ธ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

02 Nov, 17:11


Har'a adda sin

Siimikaas โค๏ธโค๏ธโค๏ธ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

02 Nov, 17:10


Mootichaaf ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

Machine ๐Ÿค–

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

02 Nov, 17:07


Goomeez har'a ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

Vaandayik waliin sirritti walii galaniru

Al tokko ๐Ÿ‘

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

02 Nov, 17:00


The Egyptian King ๐Ÿคด

Top

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

02 Nov, 16:58


Boss......

โค๏ธโค๏ธโค๏ธ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

02 Nov, 16:57


๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟTapha Piriimeer liigii Ingilaandi Torbee 10ffaa

โฐXumurameera

Liivarpuul 2-1 Biraayteen
โšฝ๏ธGaakpoo
โšฝ๏ธSaalaah

๐ŸŸ | Anfiildi Rood

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

28 Oct, 07:02


๐Ÿ† Baalaandoorii bara kanaa eenyutu injifata?????????????

ORO LIVERPOOL

28 Oct, 04:33


Ibraahiim Konaateen sochii dinqisiisaa kaleessaa agarsiieen taphataa cimaa taphichaa ta'uun filatameera.

Siif malaam! ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

28 Oct, 04:10


Keeleehaar kaleesaa Haavertiz gara cheelsii itti deebiseera ๐Ÿ˜‚๐Ÿฅถ๐Ÿ”ฅ

ORO LIVERPOOL

28 Oct, 03:23


Akkam bultan maatiin Oro Liverpool

Guyyaa gaarii!

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

27 Oct, 19:01


Nagaan nuuf bulaa bor walitti deebina

Halkan gaarii!

Channel keenya Join godhadha

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@Oro_Sky_Sport

@Oroliverpool14

@Oroliverpool13

@Oroliverpool12

@Oroliverpool15

ORO LIVERPOOL

27 Oct, 18:40


Har'a qabxii gatuu keenya hordofee Maanchistar Siitiin liigicha dursuu eegaleera

2ffaa irra jirra ammaaf!

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

27 Oct, 18:36


Admin taphaa sini dabarsee ๐Ÿ‘‰ @Ibsapro ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘

Akkam ture
Commentator ๐Ÿ”ฅ

ORO LIVERPOOL

27 Oct, 18:31


๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟTapha Eeggamaa Piriimeer liigii Ingilaandi Torbee 9ffaa

โฐXumurameera

Arseenaal 2-2 Liivarpuul
โšฝ๏ธ Saakaa 9' โšฝ๏ธVaandayik 18:
โšฝ๏ธMerino 43' โšฝ๏ธSaalaah 81'

๐ŸŸ | Emireetis

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

27 Oct, 18:28


Xumurameera

ORO LIVERPOOL

27 Oct, 18:28


Goolii 1 please

ORO LIVERPOOL

27 Oct, 18:27


Daqiiqaa 1tu hafa

ORO LIVERPOOL

27 Oct, 18:26


Rukuttaa adabbii Liivarpuuliif

ORO LIVERPOOL

27 Oct, 18:26


Taphichi ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

ORO LIVERPOOL

27 Oct, 18:25


Kaardii akeekkachiisaa Nuuneez

ORO LIVERPOOL

27 Oct, 18:25


Taphichi itti fufeera

ORO LIVERPOOL

27 Oct, 18:24


Daqiiqaa 4tu hafa

ORO LIVERPOOL

27 Oct, 18:24


Baheera

ORO LIVERPOOL

27 Oct, 18:23


Arnooldi

ORO LIVERPOOL

27 Oct, 18:23


Rukutuufi

ORO LIVERPOOL

24 Oct, 14:47


Skipper โค๏ธ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

24 Oct, 12:32


Koostaas Simikaas ammoo taphataa Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaa Urjii taphichaa ta'uun badhaasa isaa fudhateera

Siif mala!

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

24 Oct, 12:25


Keeleehaar tapha kaleessaa irratti Taphataa cimaa taphichaa ta'uun filatameera

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

24 Oct, 12:23


Taphoota dirreen alaa 6 injifanneerra....

Ammas deemsi itti fufa

Arnee Siloot โค๏ธ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

24 Oct, 11:34


Gabatee Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaa

Liivarpuul Sadarkaa 2ffaa........

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

24 Oct, 11:33


Arnee Siloot Liivarpuul waliin:-

๐ŸŸTaphoota 12
โœ… Kan injifate 11
โŒ Kan Injifatame 1
๐ŸŸฐ Walqixa 0
โšฝ๏ธ Gooliiwwan 26 lakkoofsise
๐Ÿฅ… Goolii 5 keessummeesse
๐Ÿ“ Kiliinshiitii 7
๐Ÿคด Tapha tokkoon goolii tokkoo ol hin keessumeessine

Arnee Siloot ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

23 Oct, 21:02


Halkan gaarii! Maatiin Oro Liverpool hundi keessan!

Bor odeeffannoo biraan walitti deebina!

Bakka nagaa bulaa!

Channel keenya Join godhaa

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@Oro_Sky_Sport

@Oroliverpool14

@Oroliverpool13

@Oroliverpool15

@Oroliverpool12

ORO LIVERPOOL

23 Oct, 20:54


๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡บTapha Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaa

โฐXumurameera

Leeppiiziig 0-1 Liivarpuul
โšฝ๏ธNuuneez 27'

๐ŸŸ | Reed Buul

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

23 Oct, 20:52


Xumurameera

ORO LIVERPOOL

23 Oct, 20:52


YNWA ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅโšฝ๏ธโšฝ๏ธ

ORO LIVERPOOL

23 Oct, 20:52


Koornaa nuuf

ORO LIVERPOOL

23 Oct, 20:52


Carraa dhumaa

ORO LIVERPOOL

23 Oct, 20:50


Liivarpuul gara gooliitti

ORO LIVERPOOL

23 Oct, 20:48


Daqiiqaa dabalataa +5

ORO LIVERPOOL

23 Oct, 20:48


Jijjiiramni qabxii hin jiru

ORO LIVERPOOL

23 Oct, 20:47


Daqiiqaa 90' geenyerra

ORO LIVERPOOL

23 Oct, 20:43


Daqiiqaa 85'

ORO LIVERPOOL

23 Oct, 20:41


Yesssssssssssaaaaaaa

ORO LIVERPOOL

23 Oct, 20:41


Taphaan ala

ORO LIVERPOOL

20 Oct, 15:30


Live stream scheduled for

ORO LIVERPOOL

19 Oct, 12:04


Yeroo shaakala

โค๏ธโค๏ธโค๏ธโšฝ๏ธ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

19 Oct, 11:25


Tilmaama injifannoo OPTA'n akka baasetti dhibbeentaan kana fakkaata.

Liivarpuul harka 59.3%
Cheelsii harka 19.4%
Walqixa 21.3%

Tilmaama sirriidha?

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

19 Oct, 11:16


Gama lameen Hidhannoo lakkoofsa 1ffaan dirree seenu.

Liivarpuul ๐Ÿ†š๏ธ Cheelsii

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

19 Oct, 07:48


Tilmaama tapha Liivarpuul fi Cheelsii waliin taasisan baheen!

Hiriirri Tilmaama kanaa gaariidha?

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

16 Oct, 07:58


Seenaa Mo Saalaah guutummaa isaa dubbisuuf ๐Ÿ‘‰ As tuqi

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/Oroliverpool12/3678

ORO LIVERPOOL

15 Oct, 18:42


#Tapha_itti_aanuu

๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟTapha Torbee 8ffaa Piriimeer Liigii Ingilaandi

๐Ÿ”ด Liivarpuul ๐Ÿ†š๏ธ Cheelsii ๐Ÿ”ต

๐Ÿ“† โ€ข Dilbata

โฐ โ€ข Galgala 12:30

๐ŸŸ โ€ข Anfiildi Rood

๐Ÿ“ฒ โ€ข Tamsaasa kallattii
@Oroliverpool12

Injifannoo simboo Ingilaandi Liivarpuuliif! โค๏ธ

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

09 Oct, 04:12


Taphattootaa Liivarpuul biyaa isaanii bakka bu'aanii taphaaf kan imalan.......

Carraa gaarii hunda isaaf!

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

08 Oct, 11:45


๐Ÿ“†Seenaa keessatti guyyaa akka har'a kana ture bara 2015 Yargan Kiloop leenjisaa Liivarpuul olaanaa ta'anii muudaman.

Yergan Kiloop Liivarpuul waliin:-

๐Ÿ† Shaampiyoonsi
๐Ÿ† Suupper Kaappii
๐Ÿ† Geepha Kilaboota Addunyaa
๐Ÿ† Piriimeer Liigii
๐Ÿ† Effe ee Kaappii
๐Ÿ†๐Ÿ† Geepha Liigii
๐Ÿ† Koominiitii Shiildii

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

08 Oct, 11:36


Liivarpuul taphataa Firaankifarti Oomar Maarmuush karoora isaanii keessa galchaniiru.

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

08 Oct, 11:35


UEFA Champions league Page

Corner taken quickly ๐Ÿ“ท

SHARE | @Oro_Sky_Sport
SHARE | @Oro_Sky_Sport

ORO LIVERPOOL

07 Oct, 18:21


Jeeral Kuwaansaan Liivarpuuliif ifatti kontiraata isaa haaraa mallatteesseera.

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

ORO LIVERPOOL

07 Oct, 17:48


Ibraahiim Konaatee yeroo Faransaay gahu...

โค๏ธโค๏ธ๐Ÿ˜๐Ÿ˜

[ SHARE | @Oroliverpool12
[ SHARE | @Oroliverpool12
โ‡ฒ

4,908

subscribers

1,809

photos

17

videos