Mayk Inspire @myk15king Channel on Telegram

Mayk Inspire

@myk15king


☆JECHAA Gorsaa fi Qorsa Qabuf
☆Ergaa Hayyootaaf
☆Imanaa Beektotaaf
☆Madda Beekkumsaf
☆Galaa Jireenyaaf
■Matii Chanala Kenyaa ta'aa

Mayk Inspire (Oromo)

Mayk Inspire kan akka 'myk15king' jedhamu kanalee Telegram irratti. Kanaleen kunis jedhu qopheessuufi qabuun isaa yoo ta'u, kan dhageefadha jedhan. Kanaleen kunis sirna hayyootaa fi kuunis kan hundin nama boonsa, ergaafi immanaa beektotaa jiru. Kanaleen Mayk Inspire waaqayyoo jireenyaafi maddaafi ergaan akka jedhanitti kan gabaafame. Mayk Inspire kan akka kanaleen Telegram qophesisanitti kan beeku, kana garaa garaaraa kennuufi qopheessuuf qabuun isaa yoo ta'u. Jedhamuun kan qoraa, ergaafi immanaa beektotaa jiruudha. Kanaan kan akkasuma beektotaa maddaa kanaa kanneen akka jedhu sirna afaan Oromoo mara jireenyaafi gabaafamuu dha.

Mayk Inspire

15 Nov, 16:48


Haa Jiraatu Namu.

Mayk Inspire

14 Nov, 18:14


Namoota eenyummaa keetiin...


Guys 5k galuuf namoota muuraasa qofaatu hafe wan tahef hiriyoota keessan afeeraa.linki asii gadii kanaan👇👇👇

@ramme63 @ramme63

Yaadaaf @Keetiis_bot tuqaa

Mayk Inspire

14 Nov, 15:24


Carraa kanatti dafaa fayyadamaa nama 10 afeeruun birri 500 badhaafama.
https://www.vivamoney.top?id=MjE1Mjg1NzU4ODUwMjUyOA==&from=OTYzODQyNTY1|MjE1Mjg1NzU0NzU4MzQ4OQ==&lang=en&cid=hbcp&channel=web

Mayk Inspire

13 Nov, 11:19


Giddu galeessaan tokkoon tokkoon namaa sa'aatii tokkotti si'a 15.7 fuula isaa tuqa
Odeeffannoo dabalataaf link kana @Oro_Inspire_H tuquun join godhaa

#dhugaa_ajaa'ibaa

Mayk Inspire

02 Nov, 20:01


Badaa mitii an.

Yaadaf @Keetiis_bot tuqaa

Join godhaa @ramme63 share godhuun nu jajjabeeysa.

Mayk Inspire

02 Nov, 19:32


6.Eenyun akka Wal qunnamtu hin beytuti nama hundaafuu gaarii (gara laafaa) ta'i:-

Nama karaa deemurraa kaasee hanga aanaa(fira) keenya gahutti Namoonni Mataa keenyarratti gahee guddaa qabu, jiruu tee keessatti tuqaalen Ati kessee dabartu hundi dhumarratti Wal qabatanii sarara uumun isaanii hin hafu,
"kan tuffatan nama dhaala" Akkuma je'ame nama hin tuffatin.
Namoota haaluma tasaa kaminuu Wal qunnamtuuf wanta sirrii ta'e godhi.

7.Wantoota jijjiiruu hin dandeenye fudhadhu (qeebali):-

Namoonni hedduun dhippina keessa kan galaniif Waan jijjiiru hin dandeenye jijjiirudhaf Waan tattaafataniifi. Hanga fadhellee Wantoota jireenya keenya keessaa irra hedduu irratti angoo qabaannus wantoonni nuti jijjiiruu hin dandeenye ni jiru. Wantoota humna keeti ol ta'aniin of hin dhipisin
Wantoota humna keeti Olii Rabbii keetitti kennadhu.

8.Mataa keetif Aanaa(wadaj) Dhugaa ta'i:-

Hanga fedhellee Namoonni sirraa amantaa qabaatanis sin dhaadatanis ati Mataa keetirraa amantaa yoo dhabde jireenyi kee Homaa gatii hin qabu.
Jaalala namootati ol Jaalala Mataa keetitu murteessadha.
Kan nama ajaa'ibu..namoonninu kan si fadhuu danda'an yoo Ati dura if fadhuu dandessedha. Mataa kee sirriiti kunuunsi, Yeroo balleesite dhiifama ofiif godhi, Yeroo dadhabde of jajjabeessi, Yeroo galma geesse (milkoofte) ofiin booni. Sirra kan sitti dhiyaatu eenyutu jiraati?

9.Gaarii yaadi gaarii dubbadhu:-

Jalqabarratti namni bu'aa yaada isaa akka ta'e amani. Jiruun amma jiraannu tun bu'aa yaada fi ilaalcha kenyaati. Kana yoo Beyte yaadota kee of eggannoodhan qo'adhu.
Yaadota gammadaa ta'uuf filatame qabaachuu qabda.

10.Maalif akka jiraattu beeki:-

Jiruu jechuun Yeroo itti gaafatamummaa siif kenname itti Fixuuf sif kennamteedha. Itti gaafatamummaan ke Maali? Jiruu tetin wanni ati Godhuu Feetu Maali?
Deebisaa yoo beyte ilaalchi ati Jiruuf qabdu ni jijjiirama. ( @Sammuubani )
👍👍👍
@Sammuubani

Mayk Inspire

01 Nov, 19:14


3.Of ta'i:-

Dachii kanarratti Wanti akka nama biraa fakkachuu ulfaatu maaltu Jira? Nama biraa fakkachuuf Yeroo shaakaltu kan Wal loltu nama biraati wajji osoo hin taane Matuma keeti wajji, kanaafuu Mataa kee hin mufachiisin, aanaan kee kan Dhugaa ati Akkuma jirtutti si qeebala, waa hundaa ol of ta'uudhan Mataa keeti wajji nagaa uumi.

4.Hunda gammachiisuf hin shaakalin:-

Waan takka Yeroo gootu Namoonni akka sirraa gammadaniif jattee osoo hin ta'in Waan sirrii fi Waan itti amante Waan ta'eef ta'uu qaba,
Dachii kanarratti hanga feetellee nama gaarii yoo taates nama hunda gammachisuu hin dandeessu, kanaafuu wantoonni Ati gootu sammuu keeti wajji hanga Wal ta'etti gahaadha, Namaaf osoo hin ta'in namummaa keetif jiraadhu.

5.Gammachuu kijibaa hin barbaadin:-

Gammachuu sobaati fi gammachuu Dhugaa jidduu garagarummaa guddaatu Jira.
Gammachuun Sobaa.. Kan Yerooti fi Wantoota Alaa arganurraa kan dhufuudha. Gadda keenya yeroodhaf kan nu dhoysu obsisiistuu (mastagashaa) yeroodhati.
Gammachuun Dhugaa garuu Miira Yeroo yaadonni keenya, kaayyon keenya fi eenyummaan keenya walitti hidhamu uumamu sani gammachuu gaddaa fi rakkoo keenya osoo hin dhokatin ittiin obsinu sani.

....itti fufa...

@Sammuubani
@Sammuubani
👍👍👍

Mayk Inspire

31 Oct, 19:23


Siin filadhee...
Yaadaaf @Keetiis_bot tuqaa

@ramme63 join godhaa.share godhuun nu jajjabeessa.

Mayk Inspire

31 Oct, 12:49


Furtuuwwan jireenya gammachuu 10n

Dr.Mehret Debebe tin
Afaan Oromoo tti kan hiike
Sherif Nesru ( @Sammuubani )

1.Mataa kee kan biraatin wajji Wal hin madaalchisin:-

Hundi keenya Akkuma ashaaraa harka keenyatti amalaa fi fedhiin keenya haalan Wal dhaba, sababoota gammachuu nu dhabsiisan kessaa tokkoffaan ofiifi nama biraa Wal madalchisuudha,
Qurxummiin akka shimbirrootti gammachuu Isii qilleensa kessan barbaaddadha yoo jatte shimbirroon ammoo akka qurxummittin bishaan keessa barbaaddadha yoo jatte isaan lamanuu osoo hin gammadin hafu, kanaafuu gammachuu tee safartuu keetin safari, Yeroo Ati ka biraatti hinaaftu atis ka biraa akka sitti hinaafu beeki.

2.Xiyyeefannoo kee Waan hin qabne irratti osoo hin ta'in Waan qabdu irratti godhi:-

Wanni sirraa hir'ate Maali? Kan qabdu hoo? Yoo Wal madaalchiste kamtu caala? irra hedduun yaadotaa fi xiyyeefannoo keenyaa wan hin qabne irratti Waan ta'eef Waan qabnu osoo itti hin fayyadamin hafna, gammadaa ta'uuf waa hunda qabaachun sirraa hin eegamu gad qabdee yoo laalte Wanti amma qabdu gammadaa ta'uuf gahaadha, Sababnis miskiinni Waan Ati qabdu kanaaf hawwu heddudha.
....
Itti fufa....

@Sammuubani
@Sammuubani

Mayk Inspire

28 Oct, 18:09


🔴Guys namoota muraasa qofatuu hafe.
▶️Namoonni irratti hin hirmaatin link armaan gadii tuquun irratti hirmaadhaa.

⚠️Namoota hin dhageenyeefis share godhaa

https://t.me/BitgetWallet_TGBot/BGW?startapp=sharetask-2w3j7q6NyRtsN1JGS
🎁 You’re invited to unlock a mystery gift! 🎁

Mayk Inspire

02 Oct, 19:41


Moonbix

✅️Moonbix waan guddaa qopheessaa kan jiru yoo tahu community isaani irratti
BNB,,DOGS,,NOT
Keessaa kam isin haa badhaafnu jechaa jiru.

✅️Kana malees Dogs Community isaanii irratti Moonbix Beeksisanii jiru.
😳Yaaddaniittu badhaasi kun BNB taha taanaan gatiin bnb1=500$ dha

✅️Guys airdrop kun akka addunyaatti xiyyeeffannoo olaanaa argatee jira..xiyyeeffannoodhaan hojjedhaa.

JALQABUUF👇🏿
https://t.me/Binance_Moonbix_bot/start?startapp=ref_6595152550&startApp=ref_6595152550

Mayk Inspire

01 Oct, 15:17


t.me/catsgang_bot/join?startapp=OcSekhx3mSq6GQetOj1_O
Meow, lets see who is OG 😼

Mayk Inspire

28 Sep, 14:46


Beeki! Namni sirritti arguu kan danda'u onnee qofaan; wanti barbaachisaa ta'e ijaan hin mul'atu.


Yaadaaf @keetiis_bot tuqaa

@ramme63 @ramme63 join godhaa

Mayk Inspire

24 Sep, 15:54


HUBADHU.

✓Namoonni tokko tokko baayyee si jaalatan garuu sitti hin himan. Akkasumas
✓Namoonni tokko tokko Akka si jaalatan sitti himan garuu ni fakkeessan malee si hin jaalatan. Jireenyi kun wanta baayyeedhaan guutamte jirti nuti yeroo hunda of eeggannoo godhuu qabna.
Odeeffannoo dabalataaf
👉@Oro_Inspire_H
Tuquun join godhaa
Nu jajjabeessaa

Mayk Inspire

24 Sep, 07:29


Yaa Rabbi haajaa hedduun qabaa siin jennaan...🤲

Yaadaaf @Keetiis_bot tuqaa

@ramme63 godha

Mayk Inspire

17 Sep, 19:36


https://t.me/catizenbot/gameapp?startapp=rp_40575767

Mayk Inspire

17 Sep, 19:36


https://t.me/Binance_Moonbix_bot/start?startApp=ref_6595152550&startapp=ref_6595152550&utm_medium=web_share_copy

Mayk Inspire

17 Sep, 15:16


Rookii Raabit guyyaa inni list tahu beekuuf link armaan gadii kana cuqaasuun ilaalaa
https://t.me/rocky_rabbit_bot/play?startapp=frId6533480935

Mayk Inspire

16 Sep, 14:21


Ajiib hin jettu.


Yaadaf @Keetiis_bot tuqaa
@Chaanaali kana keessatti jechoota jaalala fi akkasumaas jechoota kaka'umsaa ni argaattuu.
Akkasumaas jechoota jaalalaa fi akkasumaas jechoota kaka'umsaa bifa suuraatiin argachuu yoo barbaadan liinkii armaan gadii kana tuquun nu qunnamaa
👇
@ramme63

Mayk Inspire

16 Sep, 12:54


Yaa Allah      ilaahii.

ya rabbii haajaa hedduun qaba sin  jennaan 
->  Na kadhaadha isiinif kennaa nan jette....🤲

ya rabbii badiin kiyyaa bay'eedha dogonggoree sin jennaan
->  Ana malee Eenyuutu badii irraa qulqullaahe nan jettee 👌

Ani bay,ee dhukkubsadhe sin jennaan
->Rahmata kiyyaarra Abdii hin muriina nan jette✊️

Onnee tiyyaa keeysaa wan na ciinquutu jira sin jennaan 
->  Ana yaadatun ni tasgabboofti nan jette

kophuuman natii dhagahama sin jennaan 
->   hiddaa dha maa keessan caalaa isinitti dhihoo jiraa nan jette☝️


ilaahii nan dagaatin sin jennaan
->  Na yaadadha isiin yaadadha nan jette🥰


Ee ya rabbii si malee Eenyu qabna du,ayii teena nurraa qeebalii badii teena nuf dhiisi......🤲

@ramme63 join godhaa

Mayk Inspire

06 Sep, 18:38


Bilaashitti...

Yaadaaf @Keetiis_bot tuqaa
@ramme63 @ramme63 join godhaa

Mayk Inspire

28 Aug, 18:32


...Block si godheen ture.

Yaadaaf @Keetiis_bot tuqaa
@ramme63 @ramme63 join godhaa.

Mayk Inspire

23 Aug, 20:11


Akka mootiitti...

Yaadaaf @keetiis_bot tuqaa
https://t.me/ramme63

Mayk Inspire

23 Aug, 18:37


🅰️🔠🔠🔠🔠🔠 🔠🔠©️🔠

Random selection dhaa
Nama 10 dhaaf ,card mobile

4:00 nu egaa ,comment irra Aderoo tech jettu

See you ❤️

https://t.me/yahtech

Share godhaa

Mayk Inspire

21 Aug, 16:47


Na Amani...

Yaadaaf @keetiis_bot
@ramme63 @ramme63 join godha

Mayk Inspire

20 Aug, 17:49


Nama tokkof...

Yaadaf @keetiis_bot tuqaa

@ramme63 @ramme63 join godhaa

Mayk Inspire

20 Aug, 14:24


Guys warri amma online irra jirtan
Carra qabeessa

An kunoo akkuma argitan daq 10 keessatti birr 125 baafadheen jira.

Channel lama isiniif dhufan join jochuun sana booda check godhaa..

Start 👇👇👇👇👇
https://t.me/BirrReferBot?start=r01461606865

Mayk Inspire

19 Aug, 18:05


Namoota...

HUZEMAN


@ramme63 join godha

Mayk Inspire

19 Aug, 09:00


Justice for Heaven

@ramme63https://t.me/ramme63