Mucaa kaayyoo @mucaa_kaayyoo Channel on Telegram

Mucaa kaayyoo

@mucaa_kaayyoo


To see a purpose-driven missional generation, empowered to advancing the Kingdom of God through impactful service and mission.
YouTube https://www.youtube.com/channel/UCr440j7MLVyrnGToDOCy7Xw
Official Instagram page
https://www.instagram.com/mucaa_kaayyoo

Mucaa kaayyoo (English)

Are you searching for a purpose-driven community that is dedicated to advancing the Kingdom of God through impactful service and mission? Look no further than Mucaa kaayyoo! Mucaa kaayyoo is a Telegram channel that aims to inspire and empower a missional generation to make a difference in the world.

Led by the username @mucaa_kaayyoo, this channel provides valuable resources, insightful discussions, and uplifting content to support individuals on their journey of faith and service. Whether you are looking to connect with like-minded individuals, deepen your spiritual walk, or get involved in meaningful missions, Mucaa kaayyoo is the place for you.

In addition to the engaging content on the Telegram channel, Mucaa kaayyoo also has a YouTube channel where you can find even more inspirational videos and teachings. Be sure to check out their YouTube channel at https://www.youtube.com/channel/UCr440j7MLVyrnGToDOCy7Xw for in-depth discussions and thought-provoking content.

Furthermore, Mucaa kaayyoo has an official Instagram page where you can stay updated on the latest news, events, and opportunities to get involved. Follow their Instagram page at https://www.instagram.com/mucaa_kaayyoo to be a part of a vibrant community that is passionate about making a positive impact in the world.

Join Mucaa kaayyoo today and be a part of a purpose-driven missional generation that is dedicated to advancing the Kingdom of God through impactful service and mission. Together, we can make a difference and spread love, hope, and faith to those around us. Join us on this incredible journey of faith and service today!

Mucaa kaayyoo

07 Feb, 11:01


Nagaan Waaqayyo hunda keessaniif haa baay'atu!

Sanbata guddaa, Guraandhala 9, 2025

Sanbata guddaa isa kanas barumsi Ijoollee Waldaa Biiftu Boolee isa Garjiitti geggeefama. Konkolaataan ijoollee gara Waldaa kanatti geessu qophaa'e waan jiruuf ijoollee hanga sa'atii 2:30'tti yeroodhaan gara waldaa Biiftu Boolee isa Mikaa'elitti akka nuuf ergitan adaraa isinin jenna. Kanaafu, barumsi dilbataa isaanii sa'atii 3:00 kaasee hanga 6:30'tti geggeefame akkuma dhumeen sa'a 7'tti ijoollee gara Boolee Mikaa'elitti kan deebisnu ta'a.

    Odeefanno dabalataaf
Bilbila Waajjira Mucaa Kaayyoo 0947222233 irratti bilbiluun gaaffiis tahe yaada qabdan dhiyeessu in dandeessu.

     Eebbaa baay'ee๐Ÿ™

Mucaa kaayyoo

31 Jan, 17:39


https://t.me/Biftu_Bole_Youth/799

Mucaa kaayyoo

31 Jan, 09:41


Mucaa kaayyoo pinned ยซNagaan Waaqayyo hunda keessaniif haa baay'atu! Sanbata guddaa, Guraandhala 2, 2025 Sanbata guddaa isa kanas barumsi Ijoollee Waldaa Biiftu Boolee isa Garjiitti geggeefama. Konkolaataan ijoollee gara Waldaa isa Garjiitti geessu qophaa'e waan jiruuf ijoolleeโ€ฆยป

Mucaa kaayyoo

31 Jan, 09:41


Nagaan Waaqayyo hunda keessaniif haa baay'atu!

Sanbata guddaa, Guraandhala 2, 2025

Sanbata guddaa isa kanas barumsi Ijoollee Waldaa Biiftu Boolee isa Garjiitti geggeefama. Konkolaataan ijoollee gara Waldaa isa Garjiitti geessu qophaa'e waan jiruuf ijoollee hanga sa'atii 2:30'tti yeroodhaan gara waldaa Biiftu Boolee isa Mikaa'elitti akka nuuf ergitan isin gaafanna. Kanaafu,  barumsi dilbataa isaanii sa'atii 3:00 kaasee hanga 6:30'tti geggeefame akka raawwateen sa'a 7'tti ijoollee gara Boolee Mikaa'elitti kan deebisnu ta'a.

    Odeefanno dabalataaf
Bilbila Waajjira Mucaa Kaayyoo 0947222233 irratti bilbiluun gaaffiis tahe yaada qabdan dhiyeessu in dandeessu.

     Eebbaa baay'ee๐Ÿ™

Mucaa kaayyoo

29 Jan, 15:24


https://youtu.be/wK0UmBxu5ZQ?si=jsMk4cpOHy2LU8QM

Mucaa kaayyoo

26 Jan, 07:03


https://www.youtube.com/live/D7j6Ml5qfxE?si=LsOvCw5agWk28cWe

Mucaa kaayyoo

24 Jan, 13:12


Nagaan Waaqayyo hunda keessaniif haa baay'atu!

Sanbata guddaa, Amajjii 26, 2025

Sanbata guddaa ganama ijoolleen sa'atii 2:00 hanga 2:30'tti gara waldaa Biiftuu Boolee in dhufu. Ijoollee yeroodhaan argamaniif geejjibni qophaa'e waan jiruuf gara waldaa Biiftu Boolee isa Garjiitti kan geessinu ta'a. Kanaafu,  barumsi dilbataa isaanii sa'atii 3:00 kaasee hanga 6:30'tti geggeefama. Yeroo barnoota raawwatan sa'a 7'tti ijoollee gara Boolee Mikaa'elitti waan deebi'aniif maatiin achumatti eegdanii akka simattan isin beeksisna.

    Odeefanno dabalataaf
Bilbila Waajjira Mucaa Kaayyoo 0947222233 irratti bilbiluun gaaffiis tahe yaada qabdan dhiyeessu in dandeessu.

     Eebbaa baay'ee๐Ÿ™

Mucaa kaayyoo

19 Jan, 06:52


https://www.youtube.com/live/z7N6lFeiCY0?si=Bu0H1uu0eFCrw4R4

Mucaa kaayyoo

16 Jan, 19:11


Jaallatamo maatii ijoollee Kaayyoo

Sagantaan Ijoollee Kaayyoo dilbata kana waldaa Biiftu Boolee isa Garjiitti geggeefama. Kanaafu ijoolleen waldaa isa Boolee Mikaa'elitti argamutti ganama sa'a 2:00'tti akka dhufan nuuf godha. Ijoollee yeroodhaan dhufaniif konkolaataan gara Garjiitti geessu qophaa'eera. Barumsi daa'imanii akka xumurameen ijoollee sa'a 7:00'tti gara Waldaa Biiftu Boolee isa Mikaa'elitti kan deebisnu taha. Hammasitti obsaan nu eegaa.

Hubachiisa
1. Yeroo kabajuun baay'ee barbaachisa dha.
2. Ijoollee ganama Garjiitti yoo fiddaniif in simanna. Haa tahu malee ijoollee fudhachuuf kan eeyyamamu Waldaa isa Boolee Mikaa'elitti qofa dha.

    Eebbifama!!

Mucaa kaayyoo

12 Jan, 12:29


https://www.youtube.com/live/j_IaaaKbCbs?si=N_KpUS3CkHA5hHbI

Mucaa kaayyoo

11 Jan, 11:29


https://youtu.be/d5ig5yo4dsY?si=sW118S6WK7uPUWVV

Mucaa kaayyoo

10 Jan, 16:40


Mucaa kaayyoo pinned ยซNagaan Waaqayyo hunda keessaniif haa baay'atu! Sanbata duraa, Amajjii 11, 2025 Sagantaan ayyaana eebbas tahe waaqefannaan waldaa boriis ganama sa'a 2:30 kaasee hanga waaree booda sa'a 11:00'tti itti fufee oola. Sanbata guddaa, Amajjii 12, 2025 Sanbataโ€ฆยป

Mucaa kaayyoo

10 Jan, 16:40


Nagaan Waaqayyo hunda keessaniif haa baay'atu!

Sanbata duraa, Amajjii 11, 2025

Sagantaan ayyaana eebbas tahe waaqefannaan waldaa boriis ganama sa'a 2:30 kaasee hanga waaree booda sa'a 11:00'tti itti fufee oola.

Sanbata guddaa, Amajjii 12, 2025

Sanbata guddaa ganama sa'atii 2:30 irra eegalee hamma 7:00'tti akkasumas laaqana booda sa'a 8:30 kaasee hanga 11:00 barumsi dilbataa yeroo isaa eeggate itti fufa.

Yaadachiisa: Maatiin yeroo laaqanatti ijoollee nu harka fudhanii nyaachisanii deebisu.

    Odeefanno dabalataaf
Bilbila Waajjira Mucaa Kaayyoo 0947222233 irratti bilbiluun gaaffiis tahe yaada qabdan dhiyeessu in dandeessu.

     Eebbaa baay'ee๐Ÿ™

Mucaa kaayyoo

10 Jan, 14:40


https://www.youtube.com/live/U_Bk6XNjDlg?si=FHMjWZ6wKgpIbosx

Mucaa kaayyoo

10 Jan, 05:34


https://youtu.be/FGFqv6EVWWo?si=oVR2YIDgRvn-n1fv

Mucaa kaayyoo

09 Jan, 06:56


https://youtu.be/-0YDe7g0sgk

Mucaa kaayyoo

08 Jan, 15:44


https://www.youtube.com/live/2zrnRd9Rens?si=sFfXi6SmA48pzeSX

Mucaa kaayyoo

08 Jan, 12:47


https://www.youtube.com/live/oo1Cn33pQh4?si=qRyWX0Ig-sv0x8GV

Mucaa kaayyoo

07 Jan, 13:46


Jaallatamoo maatii Ijoollee Kaayyoo

Baga Ayyaanefanna yaadanno dhaloota Gooftaa keenya Yesus Kristosin isin ga'e!! Baga gammadanii!Baga gammanne๐Ÿ™

" Isaan immoo, Hooqubaan Waaqayyoof waaqa gubbaatti, nagaanis namoota Waaqayyo itti gammaduuf, lafa irrattiโ€ jedhanii Waaqayyoon in faarfatu turan." Luq 2:14

Sagantaa ayyaanefanna waldaa keenya kan hawwii guddaadhaan eeggacha turre eegaluuf guyya 1 qofatu hafe.  Sagantaa baniinsa isaa bor waaree booda sa'a 9:00 kaasee in eegala. Kana irratti ijoolleen Kaayyoo faarfannaan ni tajaajilu.

Yeroo shaakalaa:
Kanaafu, ijoolleen tajaajila isaaniif dursanii akka qophaa'u danda'anitti Waldaa Biiftu Boolee isa ijaaramee (isa Boolee Mikaa'el jiru) sa'a 7:00'tti yeroodhaan argamu qabu.

Haala uffataa:
Hanga danda'ametti ijoolleen irraa fi jalatti uffata adii haa keewwatanii. Yoo uffatni adii hin argamne immoo maatiin dhiphachu hin qabani. Uffata aadaa kan adiitti dhiyaatu akka ijoolleen isaanii keewwatan gochuun in danda'u waan taheef.

Hubachiisa:
๐Ÿ‘‰ Bor kan tajaajilu shaakala kaleessa irratti warra argamanii qofa dha.
๐Ÿ‘‰ Uffata adii yoo argame filatama dha. Yoo dhibeef garuu uffata aadaa kan adiitti dhiyaatu haa keewwatanii.

     Eebbifamaa!!

Mucaa kaayyoo

05 Jan, 16:09


Farfannaa kanaa haa shaakalanii!

Mucaa kaayyoo

05 Jan, 16:09


Nagaan Waaqayyo isiniif haa baay'atu!!

Ijoolleen Kaayyoo sagantaa Ayyaana Eebbaa Waldaa keenya qophaa'a jiru irratti tajaajila waan qabanif shaakalli faarfannaa isaanii bor waaree booda sa'atii  8:00'tti Biiftu Boolee isa Garjiitti in jiraata. Kanaafu, ijoolleen yeroodhaan akka dhufan akka nuuf tumsitan jaalala guddaan isin gaafanna.

Mucaa kaayyoo

03 Jan, 14:58


Jaallatamoo maatii ijoollee Kaayyoo!

Baga bara haaraa kan bara 2025 isin gahee. Kana malees baga jala bultii Ayyaanefanna dhalachuu gooftaa keenya Yesus Kristos fi kabaja ayyaana waggaa 25ffaa Waldaa Makaana Yesus Biiftuu Booleetin isin gahe!

Waaqayyo inni araara isaatiin guyya kana nuuf laate haa eebbifamu๐Ÿ™

Sanbata duraa, Amajjii 4, 2025

Bor barumsi taliilumma hin jiraatu.

Sanbata guddaa, Amajjii 5, 2025

Sanbata guddaa ganama sa'atii 2:30 irra eegalee hamma 6:30'tti barumsi dilbataa yeroo isaa eeggate itti fufa.

    Odeefanno dabalataaf
Bilbila waajjira Mucaa Kaayyoo 0947222233 irratti bilbiluun gaaffiis tahe yaada qabdan dhiyeessu in dandeessu.

 Waaqayyo isin haa eebbisu๐Ÿ™

Mucaa kaayyoo

29 Dec, 07:03


https://www.youtube.com/live/nobuuQAlmmw?si=bfXRrrZrU2MqQHC_

Mucaa kaayyoo

28 Dec, 19:48


Kun Barumsa Ergaa Efesoon torbee 8'f Fulbaana 27,2024 kaasee hamma Sadaasa 15,2024'tti karaa Luba Warquu Eebbaatiin kennama ture guutummaa isaa bifa kanaan qindaa'eera waan taheef dubbistanii akka ittiin eebbifamtan isin affeerra.

Mucaa kaayyoo

27 Dec, 14:31


Nagaan Waaqayyo hunda keessaniif haa baay'atu!

Sanbata duraa, Muddee 28, 2024

Bor barumsi taliilummaa hin jiraatu.

Sanbata guddaa, Muddee 29 2024

Sanbata guddaa ganama sa'atii 2:30 irra eegalee hamma 6:30'tti barumsi dilbataa yeroo isaa eeggate itti fufa.

    Odeefanno dabalataaf
Bilbila waajjira Mucaa Kaayyoo 0947222233 irratti bilbiluun gaaffiis tahe yaada qabdan dhiyeessu in dandeessu.

     Eebbaa baay'ee๐Ÿ™

Mucaa kaayyoo

22 Dec, 07:01


https://www.youtube.com/live/7faps4V-g38?si=_ljRyi7MnNsIkHvp

Mucaa kaayyoo

21 Dec, 15:04


https://youtu.be/66m1VhFDqqw?si=1X9AL1zZemux-zAK

Mucaa kaayyoo

20 Dec, 15:25


https://www.youtube.com/live/Eb3KqmzZBVM?si=jeee6w2dNd4Mnw_d

Mucaa kaayyoo

20 Dec, 15:19


https://www.youtube.com/live/rM7DvMJLU4U?si=KP0j6SfBvAwa2zrk

Mucaa kaayyoo

20 Dec, 04:55


Nagaan Waaqayyo hunda keessaniif haa baay'atu!

Sanbata duraa, Muddee 21, 2024

Bor barumsi taliilummaa hin jiraatu.

Sanbata guddaa, Muddee 22, 2024

Sanbata guddaa ganama sa'atii 2:30 irra eegalee hamma 6:30'tti barumsi dilbataa yeroo isaa eeggate itti fufa.

    Odeefanno dabalataaf
Bilbila waajjira Mucaa Kaayyoo 0947222233 irratti bilbiluun gaaffiis tahe yaada qabdan dhiyeessu in dandeessu.

     Eebbaa baay'ee๐Ÿ™

Mucaa kaayyoo

19 Dec, 09:33


https://t.me/Biftu_Bole_Youth/768

Mucaa kaayyoo

15 Dec, 07:34


https://www.youtube.com/live/Spoj8yu3eRQ?si=PXM2QJFgdnmITRer

Mucaa kaayyoo

15 Dec, 07:14


https://www.youtube.com/live/h1DuDzPC-1E?si=CycB9HaIPlXW0bJP

Mucaa kaayyoo

13 Dec, 15:58


https://youtu.be/jDtfofOu-L4?si=7d3MtCv6Nr5GYca6

Mucaa kaayyoo

13 Dec, 15:48


https://www.youtube.com/live/1XdNvQcp4Ss?si=RTMKtQB3hqQD5HBA

Mucaa kaayyoo

13 Dec, 11:45


Mucaa kaayyoo pinned ยซNagaan Waaqayyo hunda keessaniif haa baay'atu! Sanbata duraa, Muddee 14, 2024 Bor barumsi taliilummaa hin jiraatu. Sanbata guddaa, Muddee 15, 2024 Sanbata guddaa ganama sa'atii 2:30 irra eegalee hamma 6:30'tti barumsi dilbataa yeroo isaa eeggate itti fufa.โ€ฆยป

Mucaa kaayyoo

13 Dec, 11:43


Nagaan Waaqayyo hunda keessaniif haa baay'atu!

Sanbata duraa, Muddee 14, 2024

Bor barumsi taliilummaa hin jiraatu.

Sanbata guddaa, Muddee 15, 2024

Sanbata guddaa ganama sa'atii 2:30 irra eegalee hamma 6:30'tti barumsi dilbataa yeroo isaa eeggate itti fufa.

    Odeefanno dabalataaf
Bilbila waajjira Mucaa Kaayyoo 0947222233 irratti bilbiluun gaaffiis tahe yaada qabdan dhiyeessu in dandeessu.

Ayyaanni Kristos isin wajjin haa ta'u!!!

Mucaa kaayyoo

06 Dec, 11:52


Nagaan Waaqayyo hunda keessaniif haa ta'u!

Sanbata duraa, Muddee 07, 2024

Bor barumsi taliilummaa hin jiraatu.

Sanbata guddaa, Muddee 08, 2024

Sanbata guddaa ganama sa'atii 2:30 irra eegalee hamma 6:30'tti barumsi dilbataa yeroo isaa eeggate itti fufa.

    Odeefanno dabalataaf
Bilbila waajjira Mucaa Kaayyoo 0947222233 irratti bilbiluun gaaffiis tahe yaada qabdan dhiyeessu in dandeessu.

        Eebbaa baay'ee๐Ÿ™

Mucaa kaayyoo

04 Dec, 14:50


https://youtu.be/Nf8iboj_X8k?si=3H6U3Ht3KX43Aj9q

Mucaa kaayyoo

04 Dec, 14:49


10 min left โ˜„

Mucaa kaayyoo

04 Dec, 14:46


15 min left ๐Ÿฅ‡

Mucaa kaayyoo

04 Dec, 14:38


IYOOB 20 min left to go

Mucaa kaayyoo

03 Dec, 08:03


Nagaan Gooftaa Yesus isiniif haa baayyatu, Kaka'umsa addaatiin waldaan keenya suuraa fi suur-sagalee waldaa keenya ibsan kan yeroo garaagaraa waggoottan darban keessa turan walitti sassaabuun waanta Waaqayyo nuuf godhe ilaallee galateeffachuu barbaadna.

Haaluma kanaan namootni suuraa fi suur-sagalee qophiilee garaagaraa, tajaajila gara garaa kan seenaa waldaa keenyaa ibsu karaa telegraamii armaan gadii kanatti dhimma ba'uun @BBCong_Media YKN +251 93 569 5535 akka nuuf qooddan jaalala Gooftaan isin gaafanna.

Adeemsa kana keessatti seenaa waldaa keenyaa Biiftuu Boolee ol-kaa'uu keessatti qooda fudhattan hundumaaf Waaqayyo isin haa eebbisu.

Eebbifamaa,
Gartuu Miidiyaa Waldaa Biiftuu Boolee

Mucaa kaayyoo

03 Dec, 08:03


Dear Biftu Bole Family,

We are excited to announce a special initiative to gather photos and videos that capture the incredible journey of our church over the years. These visuals will help us document and celebrate the wonderful things God has done through our church.

If you have any pictures or videos from events, services, or moments that highlight our churchโ€™s history and activities, please share them with us via Telegram. You can send them to our media team using the username @BBCong_Media or reach us directly at +251 93 569 5535.

Thank you for being part of this journey and helping us preserve and share the story of Biftu Bole Church.

Blessings,
Biftu Bole Media Team

Mucaa kaayyoo

02 Dec, 09:40


https://youtu.be/pgLiWjYyPZw?si=T9A-nYLGwPDD5TG9

Mucaa kaayyoo

24 Nov, 06:49


https://www.youtube.com/live/gYp5L1ccOvU?si=1jGkNitoSBnmy3HM

Mucaa kaayyoo

22 Nov, 12:04


Nagaan Waaqayyo hunda keessaniif haa baay'atu!!

Sanbata duraa, Sadaasa 23, 2024

Bor barumsi taliilummaa hin jiraatu.

Sanbata guddaa, Sadaasa 24, 2024

Sanbata guddaa ganama sa'atii 2:30 irra eegalee hamma 6:30'tti barumsi dilbataa yeroo isaa eeggate itti fufa.

    Odeefanno dabalataaf
Bilbila waajjira Mucaa Kaayyoo 0947222233 irratti bilbiluun gaaffiis tahe yaada qabdan dhiyeessu in dandeessu.

 Ayyaanni Kristoos isin wajjin haa ta'u!!!

Mucaa kaayyoo

15 Nov, 11:29


Nagaan Waaqayyo hunda keessaniif haa baay'atu maatii Mucaa Kaayyoo!!

Sanbata duraa, Sadaasa 16, 2024

Bor barumsi taliilummaa hin jiraatu.

Sanbata guddaa, Sadaasa 17, 2024

Sanbata guddaa ganama sa'atii 2:30 irra eegalee hamma 6:30'tti barumsi dilbataa yeroo isaa eeggate itti fufa.

    Odeefanno dabalataaf
Bilbila waajjira Mucaa Kaayyoo 0947222233 irratti bilbiluun gaaffiis tahe yaada qabdan dhiyeessu in dandeessu.

  Waaqayyo isin haa eebbisu!!

Mucaa kaayyoo

10 Nov, 06:53


https://www.youtube.com/live/PYxZjGetqaA?si=MVLkVc_lkQOGmGdC

Mucaa kaayyoo

08 Nov, 17:57


Nagaan Waaqayyo hunda keessaniif haa baay'atu maatii Mucaa Kaayyoo!!

Sanbata duraa, Sadaasa 09, 2024

Bor barumsi taliilummaa hin jiraatu.

Sanbata guddaa, Sadaasa 10, 2024

Sanbata guddaa ganama sa'atii 2:30 irra eegalee hamma 6:30'tti barumsi dilbataa yeroo isaa eeggate itti fufa.

    Odeefanno dabalataaf
Bilbila waajjira Mucaa Kaayyoo 0947222233 irratti bilbiluun gaaffiis tahe yaada qabdan dhiyeessu in dandeessu.

   Waaqayyo isin haa eebbisu!!

Mucaa kaayyoo

08 Nov, 14:05


https://youtu.be/lwBOb5Fw8l8?si=jsiR_8WXqfJ8HLYt

Mucaa kaayyoo

03 Nov, 06:40


https://www.youtube.com/live/8FWKOLcCwAY?si=1yD8BRgF3noBlJom

Mucaa kaayyoo

01 Nov, 15:44


https://www.youtube.com/live/_Tk3GE5CbjM?si=hliKtwWnkYd2SfFI

Mucaa kaayyoo

28 Oct, 06:58


https://t.me/c/1156095059/2926

Mucaa kaayyoo

28 Oct, 05:50


https://youtu.be/ZaOS7hmlLrQ?si=_2R3XX_GYOYmYkj_

Mucaa kaayyoo

26 Oct, 13:47


https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSfk6dl0Ao_1VMgPNeC_6lD1ebatl4WPotmCpKGHpuzHlywm2Q/viewform?usp=sf_link

Mucaa kaayyoo

25 Oct, 15:59


https://www.youtube.com/live/aFcAcLzCsj4?si=7ePsPOZDDiOic3We

Mucaa kaayyoo

18 Oct, 07:07


Nagaan hunda keessaniif haa ta'u!

Sanbata duraa, Onkololessa 19, 2024

Bor barumsi taliilummaa hin jiraatu. 

Sanbata guddaa, Onkololessa 20, 2024

Sanbata guddaa ganama sa'atii 2:30 irra eegalee hamma 6:30'tti barumsi dilbataa yeroo isaa eeggate itti fufa.

    Odeefanno dabalataaf
Bilbila waajjira Mucaa Kaayyoo 0947222233 irratti bilbiluun gaaffiis tahe yaada qabdan dhiyeessu in dandeessu.

 Waaqayyo isin haa eebbisu!!!

Mucaa kaayyoo

13 Oct, 06:39


https://www.youtube.com/live/I1kvlmpuXdQ?si=eKjUIiv-Qu_KGBps

Mucaa kaayyoo

11 Oct, 14:57


Nagaan hunda keessaniif haa ta'u!

Sanbata duraa, Onkololessa 12, 2024

Bor barumsi taliilummaa hin jiraatu. 

Sanbata guddaa, Onkololessa 13, 2024

Sanbata guddaa ganama sa'atii 2:30 irra eegalee hamma 6:30'tti barumsi dilbataa yeroo isaa eeggate itti fufa.

    Odeefanno dabalataaf
Bilbila waajjira Mucaa Kaayyoo 0947222233 irratti bilbiluun gaaffiis tahe yaada qabdan dhiyeessu in dandeessu.

 Waaqayyo isin haa eebbisu!!!

Mucaa kaayyoo

08 Oct, 17:24


https://t.me/Biftu_Bole_Youth/718

Mucaa kaayyoo

04 Oct, 14:21


Maatii ijoollee Kaayyoo,
Nagaan hunda keessaniif haa ta'u!

Sanbata duraa, Onkoloolessa 5, 2024

Bor barumsi taliilummaa hin jiraatu. 

Sanbata guddaa, Onkoloolessa 6, 2024

Sanbata guddaa ganama sa'atii 2:30 irra eegalee hamma 6:30'tti barumsi dilbataa yeroo isaa eeggate itti fufa.

     Yaadachisa addaa
Yeroo barumsi gannaa Mucaa Kaayyoo geggeeffamaa ture keessatti barattoota keenya adda baafachuuf jechaa uffata seeraa barataa(Vest) ijoolleen hundi akka fayyadaman akka qopheessine ijoolleef kennine turre ni yaadatama. Haa ta'u malee uffata ijoolleef laatame keessaa walakkaa qofatu Mucaa Kaayyoof deebi'e, walakkaan immoo alatti hafe. Sagantaan addaa addaatti waan qabamneef ijoollee harka akka yaannetti sassabuuf hin dandeenye. Eegaan uffatni kun qabeenya waldaati kan waggaa waggaatti yeroo barumsi gannaa geggeefamu ijoollee keessan kan fayyadu waan taheef adara maatiin hundumtu uffata seera(vest) kana deebisu keessatti gahee keessan akka baatan jaalala Waaqayyotiin isin gaafanna. Tumsa keessaniif dursine isin galatefanna.


Odeefanno dabalataaf
Bilbila waajjira Mucaa Kaayyoo 0947222233 irratti bilbiluun gaaffiis tahe yaada qabdan dhiyeessu in dandeessu.

 Waaqayyo isin haa eebbisu!!!

Mucaa kaayyoo

27 Sep, 12:36


Jaallatamoo maatii ijoollee Kaayyoo Nagaan hunda keenyaf haa ta'u.

Sanbata duraa, Fulbaana 28, 2024

Bor barumsi taliilummaa hin jiraatu. 

Sanbata guddaa, Fulbaana 29, 2024

Sanbata guddaa ganama sa'atii 2:30 irra eegalee hamma 6:30'tti barumsi dilbataa yeroo isaa eeggate itti fufa.

Odeefanno dabalataaf
Bilbila waajjira Mucaa Kaayyoo 0947222233 irratti bilbiluun gaaffiis tahe yaada qabdan dhiyeessu in dandeessu.

 Waaqayyo isin haa eebbisu!!!

Mucaa kaayyoo

26 Sep, 14:00


https://youtu.be/6aGf9u-QjuY?si=dK6dM5oFtHLn7Xza

Mucaa kaayyoo

14 Sep, 10:18


https://youtu.be/PHmtmWe6h48

Mucaa kaayyoo

14 Sep, 07:30


Jaallatamoo maatii ijoollee Kaayyoo,

          Yaadachiisa addaa
Akkuma kanaan dura beeksifne guyyaa borii Sanbata guddaa, Fulbaana 15, 2024 sa'a 2:00 irratti Waldaa haaraatti akka wal argine gara Paarkii Michummaa (Friendship park) deemnu isin yaadachisu barbaanna.

  Ijoollee irra maaltu eegama?
1. Yeroodhaan argamu.
2. Uffata irra keessaa kelloo ykn cuquliisa( yellow or blue t-shirt)
3. Bishaan dhugaatii( Water bottle)

Kanaafu, yeroo fi bakka jedhametti ijoollee akka fiddan dhuftan jaalala Waaqayyootiin isin yaadachisna.

Odeefanno dabalataaf
Bilbila waajjira Mucaa Kaayyoo 0116393452 ykn 0947222233 irratti bilbiluun gaaffiis tahe yaada qabdan dhiyeessu in dandeessu.

 Waaqayyo isin haa eebbisu!

Mucaa kaayyoo

12 Sep, 17:45


Jaallatamoo maatii ijoollee Kaayyoo,

Sanbata duraa, Fulbaana 14, 2024

Sanbata dura fuuldura keenya jiru barumsi taliilummaa hin jiraatu. Haa tahu malee waldaa isa haaraatti hojiin daree barnoota ijoolleef mimijeessu boriis, sanbata duraas itti fufee in hojjetama.

Sanbata guddaa, Fulbaana 15, 2024

Sagantaan barumsa dilbataa bara 2017 inni jalqaba kan geggeefamu Paarkii michummaa (Friendship park)'tti waan taheef maatiin ijoolleen ganama sa'a 2:00'tti waldaa isa haaraatti akka yeroodhaan dhufaniif akka tumsitan jaalala Waaqayyootiin isin gaafanna. Gara bakka sanatti kan geessu konkolaataan qophaa'e waan jiruuf waliin  gara bakka sana deemanii sa'a 6:30'tti gara waldaatti kan deebi'an ta'a.
Guyya kanaaf wantooti barbaachisan:-
1. Bishaan dhugaatii (Water bottle)
2. Uffata irra keessaan kelloo ykn cuquliisa( yellow or blue colored t-shirt)
3. Yeroodhaan bakka jedhametti argamutu barbaachisa.

Odeefanno dabalataaf
Bilbila waajjira Mucaa Kaayyoo 0116393452 ykn 0947222233 irratti bilbiluun gaaffiis tahe yaada qabdan dhiyeessu in dandeessu.

 Waaqayyo isin haa eebbisu!

Mucaa kaayyoo

11 Sep, 16:34


ODUU GAMMACHIISA

Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara kana irratti akka biyyaatti qabxii olaanaa kan galmeessiste miseensa waldaa Biiftu Boolee kan taate obboleetti keenya Sifeene Takluu dha. Isheen Ijoollee Kaayyoo keessatti kan barachaa jirtu, hiriyoota ishee waliin Yesusin fakkaachutti mucaa guddacha jirtu dha. Nuti waldaan Biiftu Boolee waa'ee kanaatiif gammachu nutti dhaga'ame ibsachuu barbaanna. Baga Waaqayyo si gargaare, dhamaatii keetti firii godhe, maatii kees akkasumas hiriyoota kee ijoollee kaayyoo, barsiisoota kee, amantoota waldaa keenya hunduma baga nu gammachiise jenna. Waa'ee keetiif guddisne maqaa Waaqayyo ol ol qabna. Waaqayyo inni hojii gaarii si keessatti jalqabe hamma dhumaatti akka si wajjin tahuuf, mana isaa keessatti akka si guddisuuf in kadhanna.

1,071

subscribers

1,418

photos

19

videos