Ijoollee Ifaa @maranata_iyyesuus Channel on Telegram

Ijoollee Ifaa

@maranata_iyyesuus


๐‚๐ก๐š๐š๐ง๐š๐ฅ๐ข๐ข ๐ค๐š๐ง๐š๐ซ๐ซ๐š๐š dhimmoota

โ˜•๏ธ Wangeela Kiristoos
โ˜•๏ธ Amantii
โ˜•๏ธ Faarfannaa Wangeela
โ˜•๏ธ Dinaagdee
โ˜•๏ธ Hawaasummaa
โ˜•๏ธ Siyaasaa
โ˜•๏ธ Fayyaa
โ˜•๏ธ Barnoota Walii galaa
โ˜•๏ธ Bashananaa fi oduu
โ˜•๏ธ Seeraa fi kkf irratti

Yaada fi Gaaffiif
@A

Ijoollee Ifaa (Amharic)

แ‹จแ‹šแˆ… แŒˆแŒฝ แŠจแŠ แˆ›แˆญแŠ› แ‰ แˆšแ‰€แŠ“แ‹จแŠ• แŒฝแˆแ แˆ‹แ‹ญ แŒ€แˆแˆฎ แ‹จแ‰ณแ‹ˆแ‰€แ‹แŠ• แ‹‹แ‹œแˆ› แˆ˜แˆจแŒƒ แ‹ญแˆแˆแŒ‹แˆแข 'Ijoollee Ifaa' แ‹จแˆšแˆˆแ‹‹แ‹ˆแŒกแ‰ต แ‰ แˆณแ‰ฐแˆ‹แ‹ญ แˆ˜แˆฐแˆจแ‰ต แ‰‹แŠ•แ‰‹ แŠ แˆ›แˆญแŠ› แŠ แˆณแ‰ข แŠ แˆˆแ‹แข แ‰ แˆ˜แˆฐแˆจแ‰ณแ‹Š แŠญแˆแ‰ต แ‹แˆตแŒฅ แ‹จแ‰ฐแ‹˜แŒ‹แ‹ แˆตแˆˆแŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซแค แ‰ตแˆ‹แˆแข @maranata_iyyesuus แ‰…แ‹ฑแˆต แŒŠแ‹œแ‹แŠ• แ‹ญแ‰ แˆแŒฃแˆแข แˆ…แ‹ˆแˆ“แ‰ต แˆ˜แˆฐแˆจแ‰ตแŠ• แˆˆแ‹แŒฆแ‰ณแˆแข แŠฅแˆญแˆฑแˆ แ‰ แ‹šแˆ… แ‹‹แ‹œแˆ› แ‹ซแŒˆแŠ›แˆแค แˆ˜แˆตแˆ›แˆšแ‹ซ แ‹ญแŒแ‰ฃแˆแข แ‰…แ‹ฑแˆฑแˆ แ‹ญแŠ–แˆซแˆแข แ‰ แ‰คแ‰ฐ-แˆ˜แŠ•แŒแˆฅแ‰ต แˆ˜แ‹˜แŒˆแ‰ฅ แˆ•แŒ แŠฅแŠ“ แ‰ แŠญแˆแˆ แŠฅแŠ•แŠณแŠ• แแ‰แˆญ แŠ แ‹ตแˆญแŒŒแˆˆแ‰ณแˆˆแˆแข

Ijoollee Ifaa

29 Nov, 23:56


๐‰๐€๐€๐‹๐€๐‹๐‹๐ˆ๐Š๐„๐„ ๐€๐Œ๐€๐๐€๐Œ๐€๐€๐ƒ๐‡๐€.

1Yohn: 4;15-19

Haala ilaaltee nan jaalanne
Gadi jettee lafaa na fuute
Rakkoo hunda dandeessee
Lubbuukoof darbitee duute.

Yommuu haalli ulfaatu
Na dhiistee nan gattu kophaa
Jaalallikee amanamaadha
Gammachuu of keessaa qaba.

Waadaan kee anaaf waadaadha
Turee bulus hin haalamu.
Yeroo isaatti raawwatamee
Ijjikoo in arga garaa diina kootii waadamu.

Hinuma ta'a naaf dubbiin kee
Haalotarra hin dhaabbanne
Gaaffii kadhata kootii
Jira ammayyuu, fuula kee duraatii hin banne
Situ na beeka
Dhugaan kan koo siif mul'ata.
Cimina koof hanqina koo
Si qofaatu naaf hubata.

Dadhabbii koo natti ilaaltee
Hanqina koon na hin lafaftu.
Gammachuu kootti naaf dhuftee
Guyyaa gaddaa narraa hin haftu.

Ilaalcha koo naaf jijjiirtee
Yoon an kufe ol na kaasta.
Badii keessatti nan dhiistu
Jireenyatti achii ol na baasta.

Kan na danqe naaf mijeessuun
Yoon mudhuke na gargaarta
Rakkoof balaa hammaattu keessaa
Daftee lubbuukoo baraarta.

Sagalee kee jireenyaan
Jajjabeessaa anaaf taatee,
Na moosistee na boonsita
Yoo rakkoon anatti baay'ate

Akkuma jaalalaan na waamte
Jaalalaanis na simatte
Ulfina na eeggatuufis,
Qajeelummaa kee naaf laatte.

Kanaafiyyuu
Homtuu gargar nun baasu
Gonkumaa natti hin dhiyaatu
Kan gargar nu baasuuf asaasu.

Situ kankee na godhate
Dhiiga qulqulluu dhaan na bitee
YESUS koo, sirraa gargar nan baastu,
Biyyi lafaa hangamiyyuu yoo iyyite.

๐‘…๐‘œ๐‘œ๐‘š:8 37-39
๐‘ฏ๐’๐’Ž๐’•๐’–๐’– ๐’‹๐’‚๐’‚๐’๐’‚๐’๐’‚ ๐‘พ๐’‚๐’‚๐’’๐’‚๐’š๐’š๐’๐’๐’•๐’•๐’Š ๐’ˆ๐’‚๐’“๐’ˆ๐’‚๐’“ ๐’๐’‚๐’ ๐’ƒ๐’‚๐’‚๐’”๐’–
๐“ฆ๐“ช๐“ช๐“ท ๐“ญ๐“พ๐“ซ๐“ซ๐“ฒ๐“ฏ๐“ฝ๐“ช๐“ท๐“ฒ๐“ฒ๐“ฏ ๐“ฎ๐“ฎ๐“ซ๐“ซ๐“ช ๐“ญ๐“ช๐“ฌ๐“ฑ๐“ช๐“ช ๐“ฎ๐“ฎ๐“ซ๐“ซ๐“ฒ๐“ฏ๐“ช๐“ถ๐“ช๐“ช

Abdiisaa Guddaa โœ๏ธโœ๏ธ๐Ÿ“–

Ijoollee Ifaa

02 Nov, 20:07


๐Ÿง  Jaalalaaf dursa kennuuf qophii ta'i! Jaalalli qulqulluun Kan haalota irratti hin hundoofne yoo ta'e galmi isaa miidhagaadha.
๐Ÿ’Ž Obboloota kanneen irraa barachuuf as tuqaa,... See More

๐Ÿ‘†๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘†๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ’˜

โœ… See More
See More

Ijoollee Ifaa

02 Nov, 19:38


โœ…๐ŸŒผ Click and Join All Selected Telegram Channels ๐Ÿ‘‡๐Ÿฅฐ๐Ÿ‘‡

๐Ÿ’ฏ Collection Channels ๐Ÿ’ฏ
๐Ÿ‘‡๐Ÿฅฐ๐Ÿ‘‡
๐Ÿ’ฅ Life Quotes
๐Ÿ’ฅ Business Talk
๐Ÿ’ฅ Morning Inspirational
๐Ÿ’ฅ PDF Books
๐Ÿ’ฅ Educational Channels
๐Ÿ’ฅ Motivational Speechs

You can get through

โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
3K+ Channels ๐Ÿฅฐ๐Ÿ‘‡

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Click join

   โ—คโ—ขโ—คโ—ขโ—คโ—ขโ—ฃโ—ฅโ—ฃโ—ฅโ—ฃโ—ฅ
   โ–ˆ         J O I N   โ–ˆ          
   โ—ฃโ—ฅโ—ฃโ—ฅโ—ฃโ—ฅโ—คโ—ขโ—คโ—ขโ—คโ—ข

โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ

โœ… Free Promotion: @Gech_Ab

Ijoollee Ifaa

08 Oct, 18:14


https://vm.tiktok.com/ZMhAJcE9k/

Ijoollee Ifaa

05 Sep, 17:18


https://vm.tiktok.com/ZMroL7xuH/

Ijoollee Ifaa

22 May, 00:40


Ijoollee Ifaa pinned ยซhttps://vm.tiktok.com/ZMjVb95v2/ยป

Ijoollee Ifaa

06 Nov, 16:17


Qo'annaa Kitaaba Qulqulluu 1Qor. Boqonnaa 4

Ijoollee Ifaa

20 Oct, 19:00


https://vm.tiktok.com/ZMjVb95v2/

Ijoollee Ifaa

16 Apr, 05:12


.
โžพ #Iyyesus inni du'a moo'ee ka'e ofii isaatii iyyuu #แ‰ตแŠ•แˆฃแŠค dha.

โ€œIyyesus garuu, "Du'aa ka'uun, jireenyis ana; namni anatti amanu yoo du'e iyyuu in jiraata.โ€
โœ”๐Ÿ“– Yoh. 11:ยฒโต
.
- Duโ€™aa kaโ€™uun ( #แ‰ตแŠ•แˆฃแŠค ) ayyaana waggaatti guyyaan tokko eegamee kabajamu osoo hin taane, jireenya guyyaa guyyaan jiraatamuun kabajamu dha. jireenyi kunis Iyyesus Kiristoos dha.

Ayyaana du'aa ka'uu ykn #แ‰ตแŠ•แˆฃแŠค osoo hin taane,du'aa mo'ee isa ka'e,Tinsaahee isa ta'e Iyyesusiin kabajna! kanas immoo hafuura ayyaanaatiin osoo hin taane,hafuura du'aa ka'uu nu keessa jiruun kabajna.

Sababa kanaaf Du'aa ka'uun ykn #แ‰ตแŠ•แˆฃแŠค'n ayyaana kabajamu osoo hin taane, jireenya kabajamaa dha jechuu dha.
.

Ijoollee Ifaa

07 Feb, 06:17


Qumaara siyaasaa fannoo jala dhaaba!

Dhugaa adiin uffata gurraachaan maranii dhoksuun hin danda'amu. Oromoon mana amantaa qabeenyaa fi carraaqqii isaatiin biyya ofii keessatti ijaare keessatti afaan dhaloota isaatiin waaqeffachuuf mirga qaba. Kun mirga namuummaati. Akkasumas mirgoota dimokiraasii Heera Mootummaa Federaalaa Rippabiliika Itoophiyaa โ€‹โ€‹keewwata 29 irratti tumamanidha. Oromoo Afaan isaatin Waaqayyoon waaqeffachuun yakkas cubbuus miti. Mirgi saboota biroo hin sarbamu. Garuu jibbii fi hinaaffaan garmalee deemeera. Mootummaan qumaara siyaasaa fannoo jalatti deemaa jiru irratti tarkaanfii seeraa fudhachuu qaba. Abbootiin amantaa waldhabdee bulchiinsa gidduu jiru adeemsa amantaatiin yoo hiikan gaariidha.

Ijoollee Ifaa

06 Feb, 14:43


Watch "Haala Yeroo Bataskaana Ortodoksii Taawayidoo" on YouTube
https://youtu.be/W-B8G5HeQE4

Ijoollee Ifaa

30 Jan, 03:33


Watch "Araarmeera Far. Taarikuu Booyidoo Faarfannaa Afaan Oromoo Haaraa" on YouTube
https://youtu.be/qjr_d3ak34Y

Ijoollee Ifaa

25 Jan, 15:57


Watch "Eenyu Akki Kee?" on YouTube
https://youtu.be/hfgmfW3wCjo

Ijoollee Ifaa

23 Jan, 06:14


Waldaan Kiristaanaa Ortodoksii yeroof bakka lamatti cabuun waan hafuu miti. Isaanis

1. Ortodoksii Taawayidoo Lumuxxii fi

2. Ortodoksii Taawayidoo sabni hundinuu afaan isaan yaa tajaajilamu jettu!

Oddeeffanno isaa itti dhiyeenyaan hordofna.

Ijoollee Ifaa

22 Jan, 18:32


Waldaan Araara Waaqayyo Raajii Masarat Taayyeen Faarfata Kabaa Fidoof Qarshii Milliyoonii 1.2 gargarsan kennite