ᴍᴀᴍᴍᴀᴀᴋsᴀ ᴏʀᴏᴍᴏ @mammaaksa_oromo Channel on Telegram

ᴍᴀᴍᴍᴀᴀᴋsᴀ ᴏʀᴏᴍᴏ

@mammaaksa_oromo


--> https://t.me/+kXV0mGyXXjY3MGY0

ᴍᴀᴍᴍᴀᴀᴋsᴀ ᴏʀᴏᴍᴏ (Oromo)

ᴍᴀᴍᴍᴀᴀᴋsᴀ ᴏʀᴏᴍᴏ እናትን ሌሎች ወንድሞችን እና ሴቶችን በታጣያዊ ጠብታ Telegram ቻናል ነው። በእንግሊዝኛ በዚህ ቴሌግራም ላይ የሚገኝበት የወጣቶቹ ተግባርና የከባር ምልክት ተከትለዋል። ይህንን ቻናል በአንደኛው ጠበቀ ምንድን ነው እና ምንም እንመልከት፣ በፓይን እና የአፍሪካ ገጽ፣ በዚህ ቻናል ለማንኛውም ልዩ ተባለ ዓለም እርሻ ላይ ተዘግቶዋል። ይህ Telegram ቻናል የኢትዮጵያ ውርደትን አቀረበ፣ ስንት ዕለታዊ ምልክቶችን እና ሌሎች የአማርኛ በኦሮሞ ቋንቋ ለመማጸን ነው።

ᴍᴀᴍᴍᴀᴀᴋsᴀ ᴏʀᴏᴍᴏ

13 Dec, 22:48


Mammaaksota Dubartootaaf mammaakame.

1. Heeruma dharraanee heerumnaan rarraane.
2. Asuu oolle jette kan heerumaaf muddamte”
3. Takkittii qayyannee kaduraa hanqannee yookiin takka qayyannee lukaa gubanne.
4. Bakka dhiiganii hin fiigan.
5. Kana muranii kamiin fincaayan jette haati manaa inni ofirraan mura jennaan.
6. Kaanittuu abbaa argadhu jette haati intalaan.
7. Intalti ariifattuun haadha ciniinsuu barsiifti.
8. Akkan beekuttin dhalaa nadhiisaa jette intalti harka
namaa diddu.
9. Sirbaaf bahanii morma hin dhokfatan jette intalti waa hin
saalfanne.
10. Akka ebaluuttin sirbaan morma nama jallifti jette intalti
qalbii qabdu.
11. Mucaa deenya malee mucaa hin geenyu jette intalti of tuffatte.
12. Wal akkeessee ollaan marqaa balleesse jette intalti ofiin bultu.
13. Ati qoosi kan dhiirsi daa'imaa jette intalti abbaan manaa ishee jaarsaa.
14. Har’allee moo jette haati ijoolleen beeloofne jennaan isiin bakka cidhaatii quuftee waan galteef.
15. Ani ofiif hin jenne, mucaan keessan kan hangafaa sun fuudha hin geenyee? jette intalti mucaa kajeelte.
16. Soddaa fi daa'ima hin duudhatan.
17. Ana bakki na dhukubu asii mitii maraafuu bakkuma gooftaan kiyya jedhe san na koobaa jette bookeen.
@Mammaaksa_Oromo

ᴍᴀᴍᴍᴀᴀᴋsᴀ ᴏʀᴏᴍᴏ

13 Dec, 22:48


Mammaaksa Oromoo Hiika isaa waliin:

➊. Dubartiin beektuun ganama dhalatti.
• Midhaan tolu biqila irratti tola.
• Buddeenni nama quubsu eelee irratti beekama.

➋. Dubartiin qalbii hin qabne tuullaa xaafii gufatti.
• Dubartiin waa of jalatti hin ilaalle waanuma ofii balleessiti jechuudha.

➌. Dubartii fi agadaan qalloo wayya.
• Furdina qaamaa irra jabina wayya jechuudha.

➍. Dubartii jennaan harka, saree jennaan sagaleedha.
• Dubartiin gaariin kan beekumsa qabdu, waan ishiin hojjettu bareedaa yoo ta’e jechuudha. Wanti ishiin hojjettu mi'aadha. Beekumsa ishee ibsuuf mammaakama.

➎. Dubartiin guyyaatti kudhan balleessiti; shan dhoksu, shan immoo ni obsu.
• Danda'uu agarsiisa!

➏. Dubbachuuf jabanni isaa dalga, dhiisuuf yeroo kootu darba jette dubarri!
• Yeroon utuu itti hin fayyadamin darbaa jira. Hojjechuufis dhiisuufis rakkadhe jechuudha.

@Mammaaksa_Oromo

ᴍᴀᴍᴍᴀᴀᴋsᴀ ᴏʀᴏᴍᴏ

25 Oct, 08:15


Project was one of the most important player on Mini-App market and only thing left - is listing 🕯Don’t miss this chance😎stay ahead of the game join SQUARD❗️ 

https://t.me/major/start?startapp=1116523567-946907482
⚠️  November list⚠️

ᴍᴀᴍᴍᴀᴀᴋsᴀ ᴏʀᴏᴍᴏ

18 Oct, 22:47


Telegram Subscribers guddifachuuf

Inbox 🥷🏽 @Khaveen

__
Channel keessan nu waliin tolaan beeksifachuuf nu qunnamaa.

1k ---10k
20k ---40k
50k ---100k

@Khaveen

ᴍᴀᴍᴍᴀᴀᴋsᴀ ᴏʀᴏᴍᴏ

12 Oct, 00:52


彡• Namni dhadhaa afaan kaa’an dhagaa afaan nama kaa’a.
彡• Adeemsa abbaatu oftolchaa, fuula Waaqatu nama tolcha.
彡• Afaan gaariin, afaa gaarii caala.
彡• Bakka sareen jirutti, namatu dhuufee hin gaafatan.
彡• Kijibni nama oolcha malee, nama hin bulchu.
彡• Karaan sobaan darban, gala nama dhiba.
彡• Abbaan daadhii dhugeef, ilma afaan hin urgaayu.
彡• Abbaan iyyatu malee ollaan, namaa hin birmatu.
彡• Kan kunootii hin argine, kuunnotii hin argu.
彡• Dhiirti re'ee hin elmitu, garuummoo malaan haga baatu hin wallaaltu.
彡• Lolli firaa dhiiga ilkeeti, hanga tokko ni tufta, hanga tokko ni liqmsita.
彡• Haa teessu garaa, haa nyaattu coraa.


@Mammaaksa_Oromo

ᴍᴀᴍᴍᴀᴀᴋsᴀ ᴏʀᴏᴍᴏ

18 Sep, 16:54


Ishee kana naaf dubbisaatii seeqqadhaamee yeroo tokkommoo😁😁🤣

Mammaaksa Oromoo!

➥"Hin qabnus, hin qaqqabnus. Hin dhabnus dharraanee hin gaggabnus" jette niitiin. 😁

➥ "An ga'eeraa na kennaa" jette intalli. 🙈

➥ Namni hamatan jajuutti nama dhiba, kan jajan komiif nama dhiba.

➥ "Hudduun kun natti xinnaatte" jennaan, "Mee isheettuu dhirsi haa argamu" jette jedhan. 🙉

➥ Sababamtuun dhf qarqara hudduurra teessi.😎

➥ "Quufatu gandarra si joorsa" jedhe namichi kadhattuu saamee 🙆‍♀️

➥ Hiyyeessi Quufee nyaadheen bulaatti bokokee du'ee bule.😭

➥ Qarshii fi haati moofaa hin qabdu ❤️

➥ "Koo mormi hin garagaluu mee garagalii ilaali" jedhe Gamni gowwaadhaan osoo dheeffarra jiranii. 🏃‍♂️🏃‍♂️

➥ Kashalabbee Afaan malee, Miilli hin mucucaatu.

➥ "Bara gadhee!" jette lukkuun farda dhiittee!

➥ "Dhirsuma haa ta'u, diinqaa haa qufa'u na heerumsiisaa" jette haftuun 🙊

➥ "Tabbi nuti itti hin dhuufin hin jiru" jette harreen.

➥ "Erguman jalaa ba'een akkas qabbanaa'e" jette niitiin mana warraatti galte. 🤦‍♀️

➥ "Dhirsa illee argannee, Dubbii sanyoo rakkanne" jette intalli.

➥ "Waan sanas nan dharra'a, Waan sunis na dhukkuba" jette 🙈

➥ Dhfn sagalee hin qabne nama baay'ee walitti naqxi. 🤦‍♂️

@Mammaaksa_Oromo

ᴍᴀᴍᴍᴀᴀᴋsᴀ ᴏʀᴏᴍᴏ

18 Sep, 16:35


mammaksa oromooti
Dubbis fidaa dubbis fixa waan ta'ef
]>harree warri isii gatu waraabessi hin gatu
]>Hoolan Abbaa gaari qabu duuba ala kaayee rafa
]>heexoo garaaf osoo hintaane qorichaaf dhugan
]>deeganif hin du'an
]>abshaalli ofii nyaatee gowwaa Afaan diba
]>hiriyyaan keessa walii hin beekne Guyyaa hunda
kakuudha
]>hedduu naanna'uu irra xiqqo dalaguu wayya
]>qalladhullee ani obboleessa eeboti jette lilmoon
]>hirriibni baay'en duumessa hiyyuummaati
]>osoo garaan addaan Nama hin baasin karaan
addaan Nama baasa
]>yaadni Hamaan Nama huqqisa
]>foontu foonif rifata
]>ilmi dhiiraa gaafa dhalate due
]>hamma fedhan guddatan Gosa ofii hin darban
]>afaan gariin afaa gaarii caala
]>wallaalan waan beeku dubbata beekan waan
dubbatu beeka
]>reeffa firaa 7 gara galchan
]>saddeetin heerumee jarjarsaa akka baranaa takka
hin agarre jette jaartin
Saglaffaa irratti waraabessi bunnan
]>kijibni Nama oolcha malee Nama hin Bulchu
]>mana aarutti hin goran mana aanutti goran
]>namni beela'e waan quufu of hin sehu
]>hidda malee xannachi hin dhiigu
]>rizqiin abbuma eeggatti
]>karaa fi dubbii osomaa argani Bira darbu
]>kan garaa malee kan maqaa yoom Na dhibe jedhe
waraabessi
]>garaa dhiibu irra miila dhiibu wayya
]>hammaatanis hammaaranis dhuma hin ooltu
]>nitaati jennan harree qalle hintaatu jennaan harree
ganne qorichaa jennaan isimaayyuu dhaqne dhabne. @Mammaaksa_Oromo

ᴍᴀᴍᴍᴀᴀᴋsᴀ ᴏʀᴏᴍᴏ

17 Sep, 16:58


If you don't start 🎉

Start now

📈40M level to 40😍


𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥𝆺𝅥
Telegram star ⭐️
Telegram star ⭐️
Telegram star ⭐️
Telegram star ⭐️

ᴍᴀᴍᴍᴀᴀᴋsᴀ ᴏʀᴏᴍᴏ

13 Sep, 02:58


ᴄʜᴀɴɴᴇʟ ᴛᴇʟᴇɢʀᴀᴍ

📂 Folder Join Us 📂

If you don't have 🙏🎉

ᴍᴀᴍᴍᴀᴀᴋsᴀ ᴏʀᴏᴍᴏ

09 Sep, 05:19


Akkuma Not coin abbummaansaa kan Telegiraamaa kan ta'e Major'n TON irratti launched ta'uuf deema. Hanga ammaa hiriyoonnikoo (warri link kiyyaan seenan) baay'een stars 5,000 ol walitti qabataniiru. Kun osoo birriitti jijjiiramee birrii 5,000 gadi miti. Warri link seentaniima dhiiftan please task sasalphaa qofa hojjachuudhaan guyyaatti stars 1,200 ol akka walitti qabachuu dandeessan hin dagatinaa. Warri hin jalqabin link'n kunooti👇
https://t.me/major/start?startapp=946907482

major'n  Bonus addaa hiraa jira.l (10,000 stars). Earn keessan akkuma seentaniin "Share to Telegram story" kan jettu jirti. Yoo barbaaddan share godhaa garuu calliftanii "Share" tuqxanii yoo "check gootan gahaadha. Share gochuuf Telegiraama keessan Update gochuu isin gaafata waan ta'eef. Ammoo, Telegram keessan update godhadhaa hundi keessanuu.
Warra sichi Major jalqabdaniif👇
https://t.me/major/start?startapp=946907482


Major'n feature haaraa "hold and earn" jedhamu dabaleera. Reward kan jettuun seentanii daqiiqaa tokkoof saantima gadi qabdanii turtu. Stars hanga 1000 siniif kenna. Sa'aatii saddeet saddeetiin(guyyaatti yeroo sadi) seentanii akkasuma gootu. Warra birrii baasee stars bituu hin dandeenyeef gaaridha. Malee capitalist'ooota faana dorgomuun in cima. Isaan yeroo gahaa hin qaban waan ta'eef👇
https://t.me/major/start?startapp=946907482
Telegram star ⭐️
Telegram star ⭐️
Telegram star ⭐️
Telegram star ⭐️
Carraa kana fayyadamuu qabdu
Telegram star gatii guddaatti gurguramuu danda'a
Namni star 100 qabu qarshii 223.99tti gurgurata

Namni star⭐️ 2500 qabu qarshii 529.00 tti gurgurata

Major'n feature haaraa "hold and earn" jedhamu dabaleera. Reward kan jettuun seentanii daqiiqaa tokkoof saantima gadi qabdanii turtu. Stars hanga 1000 siniif kenna. Sa'aatii saddeet saddeetiin(guyyaatti yeroo sadi) seentanii akkasuma gootu. Warra birrii baasee stars bituu hin dandeenyeef gaaridha. Malee capitalist'ooota faana dorgomuun in cima. Isaan yeroo gahaa hin qaban waan ta'eef👇
https://t.me/major/start?startapp=946907482
10 000 Stars
25 000 Stars
50 000 Stars

ETB739.00
ETB1,039.00
ETB1,549.00
ETB2,059.00
ETB3,099.00
ETB5,099.00
ETB10,199.00

Namoonni baay'een Dolaara Kumaatamaan lakkaa'amu baasanii Major irratti Stars walitti qabachaa jiru. Nus isa tola sassaabbannu cinaatti hamma humna keenyaatti birrii baasnee sassaabbachaa jirra. Tola sassaabbadhaa yeroo jedhamu namoonni salphaatti ilaalan jiru. Airdrop biraa osoo ta'ee ani akkas itti isin hin dhiibu. Barbaachisummaa Stars yeroo dhiyootti arguuf jirra.
Ammallee yeroo qabdu👇
https://t.me/major/start?startapp=946907482
https://t.me/major/start?startapp=946907482
Kanaafuu ammuma dafaa eegalaa👇
https://t.me/major/start?startapp=946907482
https://t.me/major/start?startapp=946907482

Telegram Stars Free Stars ⭐️ Guyyaa guyyaadhaan walitti qabadhaa!

Link armaan gadii tuquudhaan namoonni haaraanillee jalqabaa! 👑
https://t.me/major/start?startapp=946907482

Telegram Stars ⭐️
Ittuma fufuun Free Telegram Stars ⭐️


https://t.me/major/start?startapp=946907482

inviting another Majors, sending gifts etc) and getting ⭐️Stars.

⭐️Good Luck!⭐️Stars

⭐️ Telegram stars


Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira.

Yeroo nama 1 affeertan urjii 750⭐️⭐️ argattu

Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef, ammuma jalqaba.


link armaan gadii kana cuqaasuun ammuma jalqabaa👇
https://t.me/major/start?startapp=946907482

⭐️Stars Telegram Stars 🌟

⭐️STARS TELEGRAM STARS 🌟START✨️
🎁SAVE FOLDERS🎁

https://t.me/addlist/sZz1Dk49-p9kNDU0
https://t.me/addlist/sZz1Dk49-p9kNDU0
https://t.me/addlist/sZz1Dk49-p9kNDU0
https://t.me/addlist/sZz1Dk49-p9kNDU0
♻️Ergaa dabalataa argachuuf👇
                   @Oromoo_Inspire

💲 It’s time to become the best of the best!$

⭐️STARS TELEGRAM STARS 🌟

ᴍᴀᴍᴍᴀᴀᴋsᴀ ᴏʀᴏᴍᴏ

08 Sep, 20:29


👑 Join me in game and earn $ token soon!

ㅤㅤㅤㅤㅤㅤ💰👇👇👇💰

ᴍᴀᴍᴍᴀᴀᴋsᴀ ᴏʀᴏᴍᴏ

01 Sep, 22:05


Niitiin Gadheen, dhiirsa hamatti.
• Abbaanuu hin gallee, Fardaaf booyyanni.
• Fooliin Gaariin kannisa harkisa.

@Mammaaksa_Oromo

ᴍᴀᴍᴍᴀᴀᴋsᴀ ᴏʀᴏᴍᴏ

28 Aug, 17:59


Gorsa xinsammuu cimaa of keessaa qaba.

Mammaaksa Oromoo kanneen baay'ee natti tolan keessaa muraasa isiniif dhiheesseera. 👍
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➊. Akka hin cabne beekaaf  bishaan dhagaatti bu'a. 
➋. "Akkan itti dhales akkan itti arraabbadhus natu beeka," jette xaddeen.
➌. "Akkan ani jedhe fardatu dide akka fardi jedhe anatu dide kanatti karaa irraa maqne."
➍. Adurree barri qabe hantuutni eegee nyaate.
➎. "Anaafis rafuu hin taatu atiifis nyaachuu hin taatu osoo na dhiifte," jedhe namichi tafkiidhan.
➏. Anatu farda se'ee harreetti okoo haame.
➐. Baay'attee dallaa guutteef harreen loon hin taatu.
➑. Bofti qal'ateef eegee hin qaban.
➒. "Bishaantu afaan na jiraaf malee silaa waanan dubbaadhu baay'eedha," jette qurxummiin.
➓. Barcuma irra taa'anii muka hin hamatan.
➊➊. Barcumaa fi ulfina abbaatu of jalatti qanansiifata.
➊➋. "Cilee ta'uuf gubanne cilee taanees gubanne," jedhe mukti.
➊➌. Daa'imni hin boonye dugda haadhaa irratti du'a.
➊➍. "Deemi teenya okkoteen raafuu barte," jedhe namichi gogorrii qalachuuf qabee harkaa baanan.
➊➎. Dhugaa fi lubbuun gaafa rabbiin jedhe baati.
➊➏. Dhoksaan fanxoo hin fayyisu.
➊➐. Eeboo darbatanii jinfuu hin qabatan.
➊➑. Firri firatti gala jennaan mukti qottoo lagatti qajeelte.
➊➒. Firoomne jedhanii waraabessatti foon hin fe'atan.
➋✿. Gowwaan yoo itti kolfan waan kolfaniif se'a.
➋➊. Garbittiin gargaarsa argatte majii dhoksiti.
➋➋. Gowwaan fardaa ergisaatiin boona.
➋➌. Hoolaan gaafa qalame samii arga.
➋➍. Hammaarranis hammaatanis dhuma hin ooltu.
➋➎. Hiriyaan wal hin amanne laga hundatti waliif kakata.
➋➏. Humna qabaannan sagaliin lolu, dhabnaan sagalee tolu.
➋➐. Humnaan nyaataniif humna namaaf hin ta'u.
➋➑. Ijaa fi saree ganda hin lagan.
➋➒. Kan dhadhaa baqsite osoo jirtuu kan raafuu affeelte michiin dhahe.
➌✿. Korma dhugaan booratu biyyeen ija hin buutu.
➌➊. Loon kana ooftee ooftee abbaan geessa jedhee namichi hatticha dhama'een.
➌➋. Maqaan baduu mannaa mataan baduu wayya.
➌➌. Mucaa boo'uuf jedhu jabbiin irra ejjate.
➌➍. Muka ol guddate fiixee muruun jirma lafa jalatti gabbiisuu dha.
➌➎. Namni daara baasan daaraa dhaan nama qaba.
➌➏. Nama beekaa du'e osoo dhaga'uu awwaalu.
➌➐. Osuma beeknuu huuba wajjin jettee sareen.
➌➑. Ollaan bultee beeka akka itti bule abbaatu beeka.
➌➒. Qe'ee abbaan hin jirretti titiisni wal horti.
➍✿. Re'een baala argatte qeerransa hin sodaattu.
➍➊. "Situ diriiree of qochisiise" jedhe gaarri lafa diriiraa gad ilaalee.
➍➋. Sareen abbuma biraa nyaattuuf dutti.
➍➌. Sabbata jedhee hidhannaan bofa ta'ee na ciniine.
➍➍. Ulfi ulfina qaba jennaan gowwaan garaa dhiibe.
➍➎. Ulee bofa ittiin ajjeesan alumatti gatu.
➍➏. Waraabessi na nyaate jedhanii sareetti hin iyyatan.
➍➐. Waraabessi guyyaa yuuse yeroo dhan beekkachiise.
➍➑. Waan lafatti falan gaalati fe'an.
➍➒. "Walii galtee dhabaaf sareen tokkittiin qileetti nu naqxe" jedhe jaldeessi.
➎✿. Waan hancufti nama oolchitu gaafa kokkeen nama dhukkubdu beekan.
➎➊. Yoo akka maleetti baatan tafkiinuu dugda nama kutti.
➎➋. "Yaa harree kaan dhiittee, kaan ciniintee eenyu wajjin araddaa irra ooluufi."

@Mammaaksa_Oromo

ᴍᴀᴍᴍᴀᴀᴋsᴀ ᴏʀᴏᴍᴏ

24 Aug, 03:12


"Ulfaa fi Xiiqii Dhiiratu Garaa Nama Kaa'a" Jette Intalli. 😁

https://t.me/Mammaaksa_Oromo/238

ᴍᴀᴍᴍᴀᴀᴋsᴀ ᴏʀᴏᴍᴏ

23 Aug, 21:05


"Akkan ani jedhe fardatu dide, akka fardi jedhe anatu dide kanatti karaa irraa maqne."

https://t.me/Mammaaksa_Oromo/238

ᴍᴀᴍᴍᴀᴀᴋsᴀ ᴏʀᴏᴍᴏ

08 Aug, 08:30


"Iyyuuf bakkeen nagumaa dhiisuuf laphee naa guba" jette intaali wayyii😁

https://t.me/Mammaaksa_Oromo/238

ᴍᴀᴍᴍᴀᴀᴋsᴀ ᴏʀᴏᴍᴏ

08 Aug, 08:00


#78

#Mammaaka_Oromoo

彡• "Kan ragadaa baheef, kan nagadaaf bahe tokko miti" 🤠

ᴍᴀᴍᴍᴀᴀᴋsᴀ ᴏʀᴏᴍᴏ

08 Aug, 08:00


#74

彡• "Aartu qotadhu" jedhe namichi saree biddeena dhoorkatee

彡• Utuu ofii hin uffatin dhagaatti uwwifti billaachi!

彡• Namni dubbii barbaadu dhadhaa keessa lafee soqa (barbaada)

ᴍᴀᴍᴍᴀᴀᴋsᴀ ᴏʀᴏᴍᴏ

08 Aug, 08:00


#73

彡• Jarjaraan horii gata.

彡• Namni akkaataa fardaa beeku ulee fardaa hin bobessu.

彡• Abbaa dhokseetu akaakayyuu himata

ᴍᴀᴍᴍᴀᴀᴋsᴀ ᴏʀᴏᴍᴏ

08 Aug, 08:00


#76


🔵Hantuuti harka fuudha adurree deemteetu "keessi isaanii fi qeensi isaanii akkuma duriiti" jette jedhan!

ᴍᴀᴍᴍᴀᴀᴋsᴀ ᴏʀᴏᴍᴏ

08 Aug, 08:00


#77

#Mammaaksa_

❏ "Haati yoo jajjabeessite intalli heerumti!" 💐

ᴍᴀᴍᴍᴀᴀᴋsᴀ ᴏʀᴏᴍᴏ

08 Aug, 08:00


#75

彡• Gowwaan qaawwa manaa ilaalee kolfa

彡• Allaattiin fira fakkaachaa sinbira nyaatti

彡• "Anaafis rafuu hin taatu siifis nyaachuu hin taatu, na dhiisi" jedhe namichi tafkiin

ᴍᴀᴍᴍᴀᴀᴋsᴀ ᴏʀᴏᴍᴏ

08 Aug, 08:00


#79

彡• "Garaan murtii hin qabne diinna abbaati" jedha Oromoon.

彡• "Abbaatu Of mara" jedhe bofti.

ᴍᴀᴍᴍᴀᴀᴋsᴀ ᴏʀᴏᴍᴏ

08 Aug, 08:00


#72

Ofjajjuun kormaa lukkuu, "ani iyyinaan lafti bari'e" jetti.

ᴍᴀᴍᴍᴀᴀᴋsᴀ ᴏʀᴏᴍᴏ

03 Aug, 08:04


"Erguman jalaa ba'een akkas qabbanaa'e" jette niitiin mana warraatti galte. 🤦‍♀️

ᴍᴀᴍᴍᴀᴀᴋsᴀ ᴏʀᴏᴍᴏ

03 Aug, 08:03


'Qe'ee abbaan hin jirretti titiisni wal horti"