Jawar Saafanoo Jaarraa JSJ @jsjoronet Channel on Telegram

Jawar Saafanoo Jaarraa JSJ

@jsjoronet


Lecturer and Researcher

Jawar Saafanoo Jaarraa JSJ (English)

Are you looking for a channel that combines insightful lectures and groundbreaking research? Look no further than Jawar Saafanoo Jaarraa JSJ! This Telegram channel, run by the username @jsjoronet, is the go-to destination for anyone interested in academia, education, and intellectual discussions. The channel is managed by a talented lecturer and researcher who is dedicated to sharing knowledge and facilitating meaningful conversations. Whether you are a student, a professional, or simply someone who loves to learn, Jawar Saafanoo Jaarraa JSJ has something for everyone. Through engaging lectures, thought-provoking research papers, and interactive discussions, this channel aims to promote critical thinking and foster a community of like-minded individuals who are passionate about expanding their horizons. So, who is behind Jawar Saafanoo Jaarraa JSJ? The channel is managed by a lecturer and researcher with years of experience in academia. Their expertise and dedication to education shine through in every post, making Jawar Saafanoo Jaarraa JSJ a valuable resource for anyone seeking to broaden their knowledge. What is Jawar Saafanoo Jaarraa JSJ all about? It is a platform for sharing knowledge, exchanging ideas, and exploring new perspectives. From lectures on a wide range of topics to research findings that push the boundaries of conventional thinking, this channel is a treasure trove of intellectual stimulation. Whether you are looking to expand your knowledge, engage in meaningful discussions, or simply connect with like-minded individuals, Jawar Saafanoo Jaarraa JSJ is the perfect place to do so. Join the conversation today and embark on a journey of discovery and enlightenment with this dynamic Telegram channel!

Jawar Saafanoo Jaarraa JSJ

16 Nov, 21:17


https://www.linkedin.com/in/jewar-safeno-3a2436b7?utm_source=share&utm_campaign=share_via&utm_content=profile&utm_medium=android_app

Jawar Saafanoo Jaarraa JSJ

16 Nov, 21:17


Let's Connect on LinkedIn

Jawar Saafanoo Jaarraa JSJ

15 Nov, 20:37


May God let us meet Prophet Muhammad on Kawsar river صلوات ربي وسلامه عليه

Jawar Saafanoo Jaarraa JSJ

14 Nov, 12:50


https://www.facebook.com/share/v/18U5tz7jRu/

Jawar Saafanoo Jaarraa JSJ

10 Nov, 14:01


Jawar Saafanoo Jaarraa JSJ pinned «GM everyone. I ask all members of our community to launch the bot. We are preparing new content for you. Make us happy. All you need to do is launch the bot. Thank you. https://t.me/BullxBetaBot»

Jawar Saafanoo Jaarraa JSJ

10 Nov, 14:01


GM everyone. I ask all members of our community to launch the bot. We are preparing new content for you. Make us happy. All you need to do is launch the bot. Thank you.

https://t.me/BullxBetaBot

Jawar Saafanoo Jaarraa JSJ

25 Oct, 19:22


Itti fayyadamaa Carraa kana

Jawar Saafanoo Jaarraa JSJ

25 Oct, 19:22


I am inviting you to download telebirr SuperApp, register and make a transaction to get reward. https://superapp.ethiomobilemoney.et:38443/customer/mgm/index0902.html#/?notoolbar=true&CampaignId=MGM1635518748044544&inviterId=1060415650406400&language=en&time=Sept-03-2024-Dec-02-2024

Jawar Saafanoo Jaarraa JSJ

21 Oct, 18:21


🎉Congara

Jawar Saafanoo Jaarraa JSJ

14 Oct, 00:48


#DAMEE_HORTEE_OROMOO!
Oromoon ilmaan lama(2)dhale.
1- Booranaafi
2-Bareentuu
Booranni Ilmaan 12 dhale
Isaanis
1-Wallagga
2-Callabba
3-Goree
4-Goofaa
5-Sidaamoo
6-Arii
7-Dacee
8-Garrii
9-Guraa
10-Giriirraa
11-Naayroobii fi
12-Gujii
Bareentuun Ilmaan 5
dhale
1. xummuungaa
2-murawwaa
3-karrayyuu
4-Hunbanna
5-Qal’oo
Xummuungaan Ilmaan 3 dhale
1-Arsii
2-Asoosaa
3-Hawaasaa
Murawwaan 1 dhale
Innis:- Ituudha jedhama
Ituun 10 dhale isaanis:-
1-waatee
2-Gaamo
3-Baayee
4-Galaan
5-Addaayyo
6-Baabbo
7-Waaree
8-Algaa
9-Gaaddullaa
10-Elellee
Karrayyuun Barentuu
Ilmaan 12 dhale
1-Dullachaa
2-Abbichuu
3-Gonbichuu
4-sayyuu
5-Oboo
6-Oborii
7-Jiillee
8-Bullaalla
9-Mucee
10-Galaan
11-Salaalee
12-Wallo
Hunbannaan Ilma 1 dhale
Innis:-
Anniyya jedhama
Anniyya 7dhale
1-Malkaa
2-Baabboo
3-Dinbii
4-Baaduu (biduuu)
5-muci
6-Naannaa'a
7-kudheedhee
Qallo 4 dhale
1-Ala
2-Daga
3-Oborraa
4-Baabbile
Ala 12 dhale
1-Abbayi
2-Nuunnu
3-kaaku
4-Buubbu
5-Diiramu
6-Abbaadho
7-Goollo
8-Eeri
9-Utayyu
10-Galaan
11-Meettaa
12-Arroojji
Daga 3 dhale
1-Noolee
2-Jaarsoo
3-Huume
Oborraan 3 dhale
1-Akkichu
2-bil'I
3-Dooranii
Baabbile 3 dhale
1-Gantuub
2-Hawiyyaa
3-Hawaasilee
Arsiin 2 dhale
1-sikkoo
2-mandoo
sikko 5 dhale
1-Bullaalla
2-Wucaale
3-wooji
4-Jaawwi
5-Ilaannii
Mando 7dhale
1-Raayituu (Raa'idoo)
2-Hawaxxuu
3-Karaara
4-karrayyuu
5-Meettaa
6-Arroojii
7-Garjeeda
Akkichuu Oborraa ilma 2
dhale
1-dhaayi
2-biliidaa
Dhaayi 3 dhale
1-Dukkoo
2-Kooyee
3-Allaatayya
Billiidaan 3 dhale
1-Godaanaa
2-busaa
3-Allaa
Gujiin Boorana 3 dhale
1-Hookkuu
2-Uraagaa
3-Matii (maatii)
Hookkuun 7dhale
1-Galalcha
2-Oborraa
3-Michille
4-Heeraa
5-Bundhituu
6-Kinnoo
7-Baallaa
Uraagaan 6 dhale
1-Goolloo
2-Hallaa'oo
3-Agantuu
4-Daraartuu
5-Sarboortuu
6-Waajituu
Maatiin 3 dhale
1-Hirqaantuu
2-Linsoolee
3-Hunde ittii fufaa....

Maddii issaa kitabaa seennaa irraa ☜
#ancient_history_of_oromo
#like
#share

Jawar Saafanoo Jaarraa JSJ

06 Oct, 23:28


dubartiin bu'uura waan hundaati kanaaf dubartii jabeessuun akka sabaatti bu'aa guddaa nuuf qaba .

Durbee hinaariin jiruu biyya ormaa keessa teessee seenaa guddaa namni hin hubatin tokko galmeessitee jirti .

qarree hinaariin harka tokkoon mana namaa hojjachaa harka tokkoon ammoo kitaaba Hinaarii jedhu barreessitee jirti.

nuti akka sabaatti yoo hirreega hojjanne dubartiin oromoo hogbarruu irratti qooda fudhachaa jiran baay'ee xiqqaadha

ani akka abbaa seenaatti shamarran keenya kan Hogbarruu irratti hirmaatanii saba kanaaf waa barreessanii dhalootaaf davarsaa jiran hundaaf kabajaa fi jaalala guddaan qabaaf .

itti aansuudhaan ammoo obboleettii teenya barreessituu kitaaba Hinaarii meeqa keenyatu jajjabeessee jira gaaffii kana of gaafadhaa .

barreessituun tun dirqama qooda hoogbarruu afaan oromoo isii irraa barbaadu bahattee jirti . kitaabni isii bara baraan dhaloota irraa gara dhalootaatti dhaalmayaan daddarbaa deema

walumaa galatti dubartii akka barreessituu kitaaba Hinaarii jabeessuun barbaachisaadha . warri kitaaba kana barbaaddan ammoo keessaan na dubbisaa warri biyya keessa jirtan .

barreessituun kitaaba Hinaarii ammas akka waa barreessaa jirtu abdii guddaan qaba kanaaf nuuf jiraadhu umrii nuuf dheeradhu jabduu teenya siin jedha
Na Hoffolchaa Galatoomaa 🙏

Jawar Saafanoo Jaarraa JSJ

02 Oct, 20:08


Ijoollee Arba Guuguu 💪

Jawar Saafanoo Jaarraa JSJ

29 Sep, 19:22


#collee tiyyaa Lafa Seenaa kunoo 👇
Colleen lafa colleen maqaa farda abbaa gadaa gosa gaadooti. collee jechuun qaruutee dachaa jechuudha.

Colleen teessoo sheekkota guuguu turte maqaa collee jedhu kan duraa qorroo guuguu akka ture seenaan bara 1245 keessa barreeffame ragaa dha.

maqaa qorroo guuguu jedhu seenaa barreessaan arabaa tokko kan bara 1124 keessa naannoo kana dhufe barreessee jira .

qorroo jechuun jecha qorra jedhu irraa kan fudhatameedha . gama biraatiin ammoo laga qorroo jedhamutu seensa magaalaa collee gubbaa jira .

collee jechuun dhuka lafee guuguu jechuudha colleen teessoo waraana abboota gadaa gamtoomanii turte .

teessoon sheek muhammad guuguu fi seenaan qorroo guuguu akka wal qabatu beekuun barbachisaadha warri carraa argattan kitaaba Arab faqii fi fatuhul habashaa dubbisaa

Colleen aanaa arsii bahaa konyaa arba guuguu keessatti argaman keessaa aanaan collee takka .

Collee jechuun gootummaa arsii kan bara 1124 hanga bara 1515 keessa ture keessatti colleen fardaan duulee diina daaraa godhee warra galeedha

gamtaan waraana abboota gadaa gamtoomanii teessoon isaa collee ture loltuun hunduu fardoo qabdi loltoonni abboota gadaa gamtoomanii hedduu cimaaf jabaa akka ture Arab faqiin barreessee jira

collee jechuun arba guuguu jechuudha arba guuguu jechuun collee jechuudha
lafti amma magaalaan irra cirtu kun teessoo torban guuguu turte . qe'ee ilmiin irraa maddu turte .

Colleen gola hayyuu fi gootota hedduuti colleen qe'ee aalimaa fi aaqilaati .bara 1313 keessa colleen hogganaa arsii gamaa fi gamanaa hogganuuf teessoo taatee tajaajilaa turte collee tiyya bagan si keessatt baradhe .

collee jechuun teessoo abbaa gosaati golaaf golloo qabsoo fi qabsaawotaa jedhamti colleen colleen moggaasa maqaa farda abbaa gadaa gosa gaadooti

Jawar Saafanoo Jaarraa JSJ

25 Sep, 20:14


Alhamdulillaah

Jawar Saafanoo Jaarraa JSJ

20 Sep, 19:03


Arsoomni Qorsooma keessattuu Wayyooma 🙏