Rayyaa Abba maccaa official @rayyaabbamaccaa40k Channel on Telegram

Rayyaa Abba maccaa official

@rayyaabbamaccaa40k


Rayyaa Abba maccaa official (Amharic)

ለቅኔ የተከታተሉ እና ተገለፁ አይከናዉን ጋር የተለያዩ ሰዎችን እና ህዝቦችን ጠንካራ ቻናል ላኩልህ? ማህበረሰብና ዜና እና አሁን አብረውልህ! ደግሞ, አካባቢ ከምርምር እና ከብቃት ጋር እንደኔ ሌሎች ከፖለቲከና ይመልከቱ! በዚህ ላይ የተለካት አባልነትና ሞድል ላይ ያለልኩት ሪፖርት ይምረጡ!

Rayyaa Abba maccaa official

15 Nov, 08:35


Dhiraa waan dhufuufii waan. Biyya miidhuu Dursee beekuu rabbiin si ha baasuu 🤲
Dawaa biyyaa kanaati atii !!

Rayyaa Abba maccaa official

15 Nov, 08:29


Marti keessanuu Baga Rabbi nagaan isin baase akkuma kana hidhamtoota hunda isaanii Rabbi nuuf habaasu. AMIIIN.

Rayyaa Abba maccaa official

13 Nov, 15:32


YAA RABBI FURMAANNI HARKAKEE JIRAA NUFURI.

Rayyaa Abba maccaa official

11 Nov, 06:08


kunis Raajiidha yeroo hamtuu kana keessa Majliisni Federaalaa hojii isaa dur sana itti fufee jira.
guyyaa Har'aa Boordii Majliisa federaalaa kan koree fala barbaadduu 9 beekamtii mootummaatiin hundaa'een muudaman Obbo Kamaal Haarun hoogganaan Majliisa federaalaa xalayaadhaan akka Aangoorraa ugguran beeksisanii jiru. dhimma kana yeroo hamtuu kana keessa maaliif akka kaasuu barbaadan hin beekamne. koreewwan akkas jechaa jiru....
Eenyuyyu eenyuun ugguruuf Aangoo hin qabu waan ta'eef hindanda’u. Manni maree Ulamaas tahee boordiinis koreewwan saglaniin filamanii muudaman waan ta'eef itti gaafatamummaan jarri fudhatan amaanaa tiksuu keessatti wal qixa.
amaanaan jaratti kenname hanga ummanni nama isaaf tahu filatutti ceesisuu qofa.
hangasittuu marti isaaniituu itti gaafatamummaa isaanii bahuu qabu. kanaafu Uggurri kun dharaafi shiratu keessa jira.
yookaan yeroon jarri Amaanaa fuudhan waan dhumateef marti isaaniituu ugguramanii Ummanni Muslimaa Nama isaaf ta'u bakka buufachuu qaba.

የፈደራል መጅሊስ በዝች መጥፎ ስዓት እንደ ልማዳቸው እኩይ ተግባራቸውን ቀጥለዉበታል።
የፌደራል መጅሊሱ በ9 ኮሚተዎች የተመረጠ የቦርድ ፀሀፊ አቶ ከማል ሐሩንን በዛሬው እለት ከዑለማው ምክርቤት በተፃፈ ደብዳቤ አግደዋል።
ነገር ግን ማንም ማንን ማገድ አይችልም ::ሁለቱም (የኡለማ ምክርቤቱም ቦርዱም) እኩል በዘጠኙ ኮሚቴ በጊዜያዊነት ተመርጦ የመጣ ነው:: ሁለቱም በተሰጣቸው የኃላፊነት ቦታ ከህዝብ ለተመረጠ አካል እስኪያስረክቡ ድረስ ኃላፊነታቸውን ተናቦ መወጣት ነው ያለባቸው:: ይህ እገዳ ህገወጥና ሸፍጥ ነው:: ተቀባይነት የለውም:: ያለበለዚያ ሁላቸውም ኡለማ ምክርቤቱም ቦርዱም ጊዜያቸውን ስለ ጨረሱ መታገድ ያለባቸው ናቸው:: የጉዳዩ ባለቤት ሕዝበ ሙስልሙ ነውና።

Rayyaa Abba maccaa official

05 Nov, 14:01


Karaan kijibaan dabran deebiin isaa nama dhiba. Jedhama
Mucaan wallaggaa dhihaa Gullisootti Haadhaaf Abbaan isaa Ajjeefaman jedhamee ololli hafarfamaa ture yeroo Argu sana Akka male nagaddisiisee ture. Garuu
Har'ammo Magaalaa Dasee Aayyoo Isaatii waliin Nagaadhaan jiraachuusa yoon Argu natti tole.

Rayyaa Abba maccaa official

02 Nov, 14:39


Tarkaanfiin Ummata nagaa irratti fudharamu kallattii kamiinu balfamuu qaba.
baayyee Nama Gaddisiisa.

Rayyaa Abba maccaa official

30 Oct, 16:56


Biyya Turkiitti dachiin sadarkaa 6,6 Raafamee hanga yoona nama 4 Ajjeesse 120 madeesse. jum'aa asrii jirraa Du'aa'ii godhaafi jzk

Rayyaa Abba maccaa official

28 Oct, 08:41


https://fb.watch/1oW325JIrT/

Rayyaa Abba maccaa official

27 Oct, 21:14


Ayiiii TURKI Mataa ol nuqabachiifte Rabbi Ammallee Mataa Ol Sihaa qabu. AMIIIIIIIIN

Rayyaa Abba maccaa official

25 Oct, 15:43


Muslimni Omisha Faransayitti yeroo Ammaa fayyadamu Mooticha faransaayi waliin Ergamaa Rabbiitti duuluudhaan garaagarummaa hinqabu.

Rayyaa Abba maccaa official

25 Oct, 10:51


Motowwan biyyoota Islaamaa keessaa kan Ergamaa Rabbi hordofuufi jaallatu Sulxaan Ordogaan qofa ta'emo isa qofatu Motummaa faransaayitiin hudha wal qabaa jira. Embaasii isaa biyya faransaayiirra gara biyuaatti waammatee jira jedhan. mataa olnuqabe Rabbi umrii isaa nuuf hadheeressu.

Rayyaa Abba maccaa official

24 Oct, 20:42


Nagayaafi Rahmanni Ergamaa Rabbii Nabi Muhammadirra Hajiraatu
اللهم صلي وسلم على نبينا محمد

Rayyaa Abba maccaa official

24 Oct, 20:30


Imaama masjiidaa dabalatee Namoonni lakkoofsaan 20 tahan dheengadda gurra fardaatti Ajjeefaman bakka tokkotti Awwaalaman Rabbi Rahamata hagodhuifi

Rayyaa Abba maccaa official

24 Oct, 14:32


Waan dhageettan hunda hin haasa'inaa

‌‎#Dhaamsa_Ulamaa'ii

👥~ibnu wahab Imaamu maalik kan akkana jedhu dhaga'e jedha;

"Namni waan dhaga'e hunda haasa'uun balaa guddaa akka ta’e beeki....
قال ابن وهب رحمه الله: "سمعت مالكا يقول: "اعلم أنّه فسادٌ عظيمٌ أن يتكلم الإنسانُ بكلِّ مايسمع"


✦✧✧𝚔𝚒𝚝𝚊𝚊𝚋𝚊(𝚂𝚒𝚢𝚊𝚛𝚞_𝙰'𝚊𝚕𝚊𝚊𝚖𝚒𝚗𝚗𝚞𝚋𝚊𝚕𝚊8/66)𝚔𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊 𝚒𝚕𝚊𝚊𝚕𝚊𝚊. ✧✧✦
سير أعلام النبلاء (٦٦/٨)