Ibsa Abdi ๐Ÿ‘‰ Official @ibsaabdi4 Channel on Telegram

Ibsa Abdi ๐Ÿ‘‰ Official

@ibsaabdi4


Channel kana hordofuun waan haarawa salphatti arkattan ๐Ÿ˜Š๐Ÿ˜Š

Channel Youtube kiyya ๐Ÿ‘‡

Ibsa Abdi Official
https://www.youtube.com/channel/UCwyWvcF3Z58C83MLhJ87_mA

Ibsa Abdi ๐Ÿ‘‰ Official (Amharic)

แŠฅแ‹šแˆ… แ‹ตแˆแ… แŠจแ‰ฐแˆˆแ‹ซแ‹ฉ แกแก แ‰ แ‰ฐแŠจแ‰ฐแˆ‰ แ‰ดแˆŒแŒแˆซแˆ แˆถแˆตแ‰ต แˆฝแˆฎ แ‹จแŒˆแŠ“ แ‹จแŠจแ‰ฃแ‹ตแŠแ‰ตแŠ“ แ‹จแŒแˆ แ‹ˆแˆฌแ‹ต แŠ แˆตแ‰ฐแ‹ซแ‹จแ‰ทแŠ• แˆˆแˆ˜แˆตแŒ แ‰ต แ‹ญแ‹žแˆฉ ๐Ÿ˜Š๐Ÿ˜Šแกแก แ‰ตแˆแ‰… แ‰ดแˆŒแŒแˆซแˆ แŠฒแŠ• แŠฅแŠ“ แŠจแŠ•แŠ› แ‰ แ‰ฐแˆ˜แˆˆแŠจแ‰ฐ แ‹แŒคแ‰ณแˆ› แŠจแ‹ แ‹แˆตแŒฅ แˆ†แŠแŠ• แ‹ญแˆ˜แˆแˆณแˆ‰ ๐Ÿ‘‡แกแก Ibsa Abdi Official แ‹จแˆ†แŠแ‹ แ‰ แ‹ฉแ‰ตแ‹ต แ‹ญแŠจแ‰ฐแˆ‰แŠ“ แŠ แ‹ณแ‹ฒแˆต แˆแˆญแŒซแ‹Žแ‰ฝแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆแˆ แ‹จแ‰ฐแˆˆแ‹จ แˆ˜แˆจแŒƒแ‹Žแ‰ฝแŠ• แˆ›แŒแŠ˜แ‰ต แ‹ญแ‰ฝแˆ‹แˆแกแก

Ibsa Abdi ๐Ÿ‘‰ Official

26 Nov, 17:03


Waa Sadi 3

Ibsa Abdi ๐Ÿ‘‰ Official

11 Sep, 12:16


Golden smile ๐Ÿ˜ƒ

Ibsa Abdi ๐Ÿ‘‰ Official

30 Jul, 14:29


Towfiq Mahdi mussa - ja'ama Midhaa agartuun Ija Isaa irraatti dhaqqabeen ijji isaa Takka arku dadhabde jirti ji'a tokko kessatti yoo mana yaalaa dhaqee baqaqse ofin yaalin akka guutumattu dhabu itti himame arra torbaan lama fi wahi hafeef isin hawaasni Garaa laafu hawaasni nama cinaa dhaabachuun beekkamu obboleessa khessan khana bira dhaabadha sababa tahaaf ija isaa deebisaaf Jzk

Account CEB :- 1000414507027
Bilbila :- 0921425082

Ibsa Abdi ๐Ÿ‘‰ Official

18 Jul, 14:29


UMRAA QARSHII  77,777 QOFAAN
VISA ,TICKET ,  HOTEL ,MADINA ( ROWDA) , IDDOO DAAWWANNAA... WAAN HUNDA KAN OF KESSATTI HAMMATE

Gatii Madaalawaa Tahe khanaan Dafaa Dhaqqabadhaa osoo Galmeen hin dhumin isiniin janna
Lokkofsi bil- +251939666111

Ibsa Abdi ๐Ÿ‘‰ Official

09 Jul, 19:02


ALBUM ARUUZAA KAN SHARI'AA

Yoon Rabbiin ja'e guyya jummah Gama youtube khiyyaattiin isin biraan Gaha

Share ... jzk

Ibsa Abdi ๐Ÿ‘‰ Official

10 Feb, 14:05


https://youtu.be/WCfKDW7HBBE?si=UFBQJuSV7V348kbk

Ibsa Abdi ๐Ÿ‘‰ Official

01 Feb, 19:14


ODUU GAMMACHIISTUU
Sagantaa Guddoo Magaala Dire dhawa kessatti gageefamuuf Deemtu ( Muslihuun organization ) tan qopheeyte khayyoon sagantichaa sagantaa Ummata muslimaatiin madaaltu Qulqulluu dur San deebisuudha sheekkan kheenya fi ustaazzan kheenyaas dhaamsa bareeda qabatanii nu dhufan jiraatoota Magaala dire dhawa fi Naannawa isii HARAMAYA FI AWWADAY irraan hirmaachu ni dandessan isiniin janna

guyya Alhada ganama 1:30
Iddoon : dirree iida fuul dura ( galma dargaggoo )

Ibsa Abdi ๐Ÿ‘‰ Official

28 Jan, 18:22


Channel photo updated

Ibsa Abdi ๐Ÿ‘‰ Official

27 Jan, 20:50


NASHIIDAA FI DIBBEE ๐ŸŽถ ๐Ÿฅ

As wr wb  OBSAAN NAAF DUBBISA

Share Naaf godha nama hundaan gahaa

Nashiidaa an " Ibsa Abdi "osoon Daimaatiin amata 12 osoon jiruutiin albuma gareen hojjadhe irraa jalqabe akkaaniin jaaladha Nashiidaa akkasuma eega saniiti  AL itqan dawa group muaz Nazif fi Hamza Hassen waliiniis albuma 2 hojjanne hawasniis heddu jaalate irraa fayyadame jira  Alhamdulillah ergasii jiddutti nashiidaa dibbee itti dabaluu kheenya beekkamaadha gariin ajaa'ibee gariin nu gaafate gariin nuus arrabsee gariis nasiihaa nuuf dhaame !  haa tahu hojii nashidaa musikaa ๐ŸŽถ qabdu ittuma fufte amma garuu Nashiidaan Kan dalagamtuuf amantiif ummata islamaatiif akkasuma Rabbiif jacha  eega taate waan khilaafa qabu irraa fagaachuudha akkasuma dubbiin nashidaa kharaa isiin itti deemu jirtu waan natti hin toliniif gara biraa akka deema jirtu waaniin arkeef an
" Ibsa Abdi Reshid " irraa dhaabachu khiyya ifa isiniif baasu barbaada namni fakkeenya na godhattan isiniis irraa dhaabachu akka qabdaniin isiniif dhaama booru fuula rabbi duratti irraa gaafatamu dhaan sodaadha Nashiidaalee tiyya tan musikaa ๐ŸŽถ qabdu YouTube kiyya gubba haqeetiin Jira isiniis yoo na jaalattan Tan isin Bira Jirtu akka Narra hayxaniin isin gaafadha maqaa Rabbiitiin

Waan Obsaan dubbistaniif Galatoomaa ๐Ÿ™

Dalagaa fuula Rabbii itti barbaaduuf Dalagantu Beekkamuu irraa nuuf Caala Beekkamuun Hanguma duniyaa tanarra jirtu qofa .

Ibsa Abdi ๐Ÿ‘‰ Official

01 Apr, 14:22


https://youtu.be/wbXgWe3LtNs

Ibsa Abdi ๐Ÿ‘‰ Official

15 Sep, 17:22


https://youtu.be/JYjkgzBREcs

Ibsa Abdi ๐Ÿ‘‰ Official

23 Apr, 15:06


https://youtu.be/jgdeVyPUtrs

Ibsa Abdi ๐Ÿ‘‰ Official

22 Apr, 20:54


https://youtu.be/vCmYO3jl2ZY