GAMTAA BARATTOOTA OROMOO(GBO) @gamtaa_barattoota_oromoo Channel on Telegram

GAMTAA BARATTOOTA OROMOO(GBO)

@gamtaa_barattoota_oromoo


Chaanaaliin kun tokkommaa barattoota oromoo cimuuf,Haala yeroo yunivarsitiiwwaan garagaraa keessa jiru wal hubachiifuu fi rakkoolee muul'atan ifatti basuun akkasumas waldhageetti barattoota oromoo jabeessuf kan hundaa'edha. Comment:
@ORO_STUDENTS_UNIONBot

GAMTAA BARATTOOTA OROMOO(GBO) (English)

Welcome to the GAMTAA BARATTOOTA OROMOO(GBO) Telegram channel! This channel focuses on providing information and resources for Oromo students in universities, as well as creating a platform for discussions and networking among Oromo students worldwide. Whether you are looking for academic support, career guidance, or simply want to connect with other Oromo students, this channel is the place for you. Stay updated on events, opportunities, and news relevant to the Oromo student community. Join us in building a strong and supportive network for Oromo students. Together, we can empower and uplift each other. Connect with us today and be a part of the vibrant Oromo student community! Comment: @ORO_STUDENTS_UNIONBot

GAMTAA BARATTOOTA OROMOO(GBO)

08 Oct, 18:11


#MoE #Placement

Bara 2016 barattoonni qormaata kutaa 12ffaa fudhatanii qabxii darbiinsaa argachuun yunivarsiitiiwwan mootummaatti sagantaa idilee fi sirreeffamaatiin barachuu barbaadan hanga Fulbaana 30, 2017tti filannoo Yunivarsitii akka guutan jedhameera.

Filannoo keessan guutuuf karaa barsiisota mana barumsaa keessanitti bakka bu’aniin dhaabbataa fi damee barnootaa filachuu ni dandeessu.

Barattoonni yeroo ramaddii deeggarsa addaa barbaadan iyyata isaanii karaa kana qofaan https://student.ethernet.edu.et iyyaachu akka danda'an Ministeerri barnoota dhaameera.
@Gamtaa_Barattoota_Oromoo

GAMTAA BARATTOOTA OROMOO(GBO)

23 Sep, 11:04


#Update

Bu'aan Qormaata Galmee Digirii Lammaffaa (NGAT) ifoomeera.

Qormaanni seensaa iyyattoota sagantaa digirii lammaffaa barataniif bara 2017 Hagayya 30 fi Qaam'ee, 2016 akka kenname kan yaadatamuu dha.

Bu'aan qormaataa har'a ifoomee jira.

Dorgomtoonni lakkoofsa galmee/maqaa fayyadamaa keessan link armaan gadii irratti galchuun bu'aa keessan ilaaluu dandeessu

https://result.ethernet.edu.et/ngat_result

@Gamtaa_Barattoota_Oromoo

GAMTAA BARATTOOTA OROMOO(GBO)

20 Sep, 08:04


Qabxiin barattoota sagantaa sirreefama (Remediyaalii) ifoome.


Qabxiin barattoota bara 2016 sagantaa sirreeffama dhaabbilee gara garaatti hordofaa turan ifoomee jira.

Barattoonni qabxii isaanii karaa liinkii armaan gadiitiin ilaaluu danda’u.

https://result.ethernet.edu.et/

GAMTAA BARATTOOTA OROMOO(GBO)

20 Sep, 08:02


Yuunivarsiitiin Finfinnee barattoota 200’f carraa barnoota bilisaa kenne

Yuunivarsiitiin Finfinnee barattoota qormaata kutaa 12ffaa 2016 fudhatanii qabxii 500 fi isaa ol galmeessan 200 dorgomsiise carraa barnoota bilisaa kennuuf ta'uu beeksise.

Yuunivarsiitichi bara kanaa eegalee guutummaan guutuutti of bulchuu kan eegale yoo ta’u, barattoota isaa sirna simannaa mataasaatin dorgomsiise fudhachuuf galmee eegaluu ibseera.

Dhiyeenyatti qormaata seensa barattootaa qopheesse akka kennu, akkasumas gahumsa fi iftoomina bu’uura godhachuun kan simatu ta’u eereera.

Kanaan walqabatee barattoota qabxii olaanaa galmeessan 200 dorgomsiisee carraa barnoota bilisaa tajaajila kaafee fi doormii waliin kan kennu ta'uu ibse.
@ORO_STUDENTS_UNIONBot

GAMTAA BARATTOOTA OROMOO(GBO)

20 Jun, 07:14


The Winner 2023 New Premium Wireless Sports Headphones With Microphone For Stereo Music, Comfortable Ear Hanging Design. contact us 👉🏼@MSOnlinShopBot

GAMTAA BARATTOOTA OROMOO(GBO)

05 Nov, 07:36


Kan armaan olitti ibasamee kana kan argitan bootii armaan gadii fayyadamuu odeeffannoo gahaa barreessun nu beeksisuu dandeessuu.
Galatoomaa
✍️✍️✍️✍️👇👇
@ORO_STUDENTS_UNIONBot
@ORO_STUDENTS_UNIONBot
Gamtaa barattoota oromoo
@Gamtaa_Barattoota_Oromoo

GAMTAA BARATTOOTA OROMOO(GBO)

05 Nov, 07:26


Maqaan kiyya mahammad Abdallaa Nuuroo jedhama ,ani dhalataa Godina harargee bahaa Aanaa midhagaa Tolaatii achumaattiin barumsa kiyya sadarkaa tokkoffaa fi lamaffaas baradhe,amma barataa yuunivarsitii bulee horaatti barataa DVM(Doctor of veterinary medicine) waggaa 5ffaati waamicha yuunivarsitichaa hordofuudhaan osoon gara yuunivarsitii deemaa jiruu magaalaa Adaamaatti galgala yeroo sa'atii 1:30 taksii seenee gara iddoo ciisichaa osoon deemaa jiruu taksii keessaa boorsaa kiyya na jalaa fudhatanii bu'an.kanaafuu boorsaa keessa uffata kiyya guutumaan guututti,dokimantii barnootaa/ragaalee barnootaa koppii fi orijinaallis hundi isaa keessa waan jiruuf namni argitan ragummaan barnootaa sun akka naaf deebi'u jechuu barbaada homaa isaan hin fayyadu ni gatama waan taheef.waan dandeenyuun haa deeggaruu!! Lakkoofsa kana irratti nuuf dawwaluu dandeessuu:0915146663,0951257785.Galatoomaa

GAMTAA BARATTOOTA OROMOO(GBO)

03 Nov, 12:31


Bootii armaan gadii fayyadamuun gaafii akkamii akka siniif hojjetamuu qabuu nu biraan gahuu dandeessu akkasumas yaada qabdan nuuf qoodaa.
@ORO_STUDENTS_UNIONBot
@ORO_STUDENTS_UNIONBot

@Gamtaa_Barattoota_Oromoo

GAMTAA BARATTOOTA OROMOO(GBO)

03 Nov, 06:48


Hello followers of this channel I want say watch this videos, because they are very helpful to join Ethiopian Airlines and to be hired in some companys like bank, besides that help me by subscribing and sharing for friends and some groups in order to support me as a YouTuber thank you for your consideration

GAMTAA BARATTOOTA OROMOO(GBO)

03 Nov, 06:44


https://youtu.be/szZJI7-QW_4

GAMTAA BARATTOOTA OROMOO(GBO)

03 Nov, 06:44


https://youtu.be/dGEZdWv9kTI

GAMTAA BARATTOOTA OROMOO(GBO)

03 Nov, 06:44


https://youtu.be/XLZCoomF61U

GAMTAA BARATTOOTA OROMOO(GBO)

25 Oct, 18:04


https://youtu.be/bFaHNDTNRHM?si=oto3Cs42s2QAS_xi

GAMTAA BARATTOOTA OROMOO(GBO)

25 Oct, 10:18


https://www.youtube.com/watch?v=bo1AAdbalu4&t=1s

GAMTAA BARATTOOTA OROMOO(GBO)

14 Oct, 18:34


Oduu Gaddaa
===========
Artiisti Haloo Daawween du'aan addunyaa kanarraa boqotte.Seenaa Aartii fi qabsoo uummata Oromoo keessatti gahee olaanaa kan qabduu fi jaallatamtuu kan taate Artiisti Haloo Daawwee du'aan addunyaa kanarraa boqotte.Haloo Daawween erga yeroo dhiyoo asii dhukkubsattee wal'aansarra kan turte yoo ta'u, har'a galgala mana jireenya ishee magaalaa Adaamaatti argamu keessa du'aan addunyaa kanarraa boqotte.Artiisti Haloo Daawweef jannata,ummata Oromoo maraaf jajjabina hawwina!
@Gamtaa_Barattoota_Oromoo

GAMTAA BARATTOOTA OROMOO(GBO)

14 Oct, 18:14


GAMTAA BARATTOOTA OROMOO(GBO) pinned «Amazing educational YouTube channel, just subscribe it only one click it will help you. https://youtu.be/DWJfzwf0oAc?si=Li4k-Kc8-XFos_3b»