♦️Namichi kun maqaan isaa #Maark_Biraayin jedhama.Umuriin isaa 61 dha. Gara waggaa 4'f haala suura irraa kanaan uffataa ture. Inni mudhii ol kan dhiiraa isaa gad immoo akka dubaraatti uffata.Namichi kun garaagarummaa uffannaa dhiiraafi dubaraa ni morma🙅.
Maatiin isaa filannoo isaa kan deeggaran yoo ta'u, gochi isaas waa'ee ilaalcha saalaa faashinii irratti marii kan kakaase yoo ta'u, namoonni kaan karaa uffata bilisaan akka yaadan kakaase.
Mee Namicha kanaaf 👎🥵🥴🤬 🤩👍kamtu malaaf?
⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔