COC for health department and other departments 1

@cocexamforuniversitystudents


Life never ends (No)!

COC for health department and other departments 1

02 Sep, 07:10


https://t.me/major/start?startapp=1363812273
Yoo isinitti himan hin dhageessu akkam goonu?
Mee ishi kanas link kanaan seenaatii dalagaa

COC for health department and other departments 1

30 Aug, 13:22


የብቃት ምዘና ፈተና ለምትወስዱ ጤና ባለሙያዎች በሙሉ
___

ጤና ሚኒስቴር ከከፍተኛ ትምህርት ተቋማት በ Medicine, Nursing, Public Health, Anesthesia, Pharmacy, Medical Laboratory Science, Midwifery, Dental Medicine, Medical Radiology Technology, Environmental Health, Psychiatric Nursing, Pediatric & Child Health Nursing, Emergency & Critical Care Nursing, Surgical Nursing, Physiotherapy እና Human Nutrition ሙያዎች በመጀመሪያ ዲግሪ ተመርቃችሁ ቴምፓራሪ ዲግሪ የተሰጣችሁና የብቃት ምዘና ፈተናውን ለመውሰድ ምዝገባ ያጠናቀቃችሁ የጤና ባለሙያዎች በነሀሴ ወር 2016 ዓ.ም ሊሰጥ የነበረው የብቃት ምዘና ፈተና መስከረም 8 - 10/2017 ዓ.ም ስለሚሰጥ ዝግጅታችሁን እንድታጠናቅቁ እናሳስባለን፡፡

ማሳሰቢያ
በሰኔ 19/2016 ዓ.ም በተሰጠው የመውጫ ፈተና አልፋችሁ ዲግሪ የያዛችሁ የአንስቴዥያ ተመዛኞች ይህ የምዝገባ ጊዜ እንደተጠናቀቀ የተግባር ምዘና(OSCE) ፈተና በጷግሜ 1/2016 ዓ.ም ጀምሮ ምዝገባ የምንጀምር መሆኑን እያሳወቅን በትዕግስት እንድትጠባበቁ እንዲሁም ለፈተናው ዝግጅት እንድታደርጉ እናሳስባለን።

ማንኛውም ተመዛኝ ወደ ፈተና ጣቢያ ሲመጣ ሲስተሙ የሚሰጠውን የፈተና መለያ ቁጥር (Registration No) የያዘ ወረቀት /ስሊፕ/ print አድርጎ ካልያዘ ፈተናውን መውሰድ የማይችል መሆኑን በጥብቅ እናሳስባለን፡፡

COC for health department and other departments 1

13 Aug, 04:16


https://t.me/dogshouse_bot/join?startapp=AsyPg38jQw-PG1UZPpyEVg

Start gochuun fayyadamaa!

Boru waan list tauuf fayyadamaa boru buaa isaa argachuu dandeessu!
Start gootanii yoo irraa buaa dhabdan anaan komadhaa.
Turtii gaarii!
Dogs season!!!

COC for health department and other departments 1

11 Aug, 10:58


Warra isin ilaallatuuf

COC for health department and other departments 1

01 Aug, 12:21


Namoonni avacoin hojjettanii qabdan yoo gurgurachuu barbaaddan comment irratti na beeksisaa!

Haala walii galtee.
Baay'ina AVACOIN qabdanii 0.002 n baayyisuun gatii doolaara amma jiruun(fakkeenyaaf avacoin 50000 yoo qabaattan 0.002*50000=100)...then 100*76=7600 ta'aa jechuudha!

COC for health department and other departments 1

03 Nov, 14:42


https://www.facebook.com/mekeyasgetu.ararso


Follow this guy on Facebook u can get any information related to COC exam!

Message him to get any information!

COC for health department and other departments 1

21 Aug, 03:21


Obbolettiin keessan Nardos Shiferraan jii'a sadii dura xiqqoo gurra korra nahuursa jetti tuure, rakkina kanaaf mana yaala dhaqxee qorrannaan godhameefii...MRI gaafa kaatu "Brain tumor" Cancer Sammuu keessaa akkaa qabdu itti himame. Kana booda Ogessoonnii fayyaa dhibee ishii caalatti qoratanii biyyaa keessa osoo hin taane, iddoo dhitoon Cancer sanaa jiruu rakkisaa waan taheef, biyyaan aalatti attattamaan wallansa argachuu akka qabduu itti himame. Kana booda iddoo kadhanaa adda addaa dhaqxxe kadhatameef garuu fayyuu hin dandenye. Ittuu rakkinni jiruu itti caala dhufe Size'iin dhitoo sanaas dabalaa dhufee bayyee dhukkubsachaa jirti.
Wallansa...Neurosurgery(Surgery Sammuu), Radiation therapy fi Chemotherapy....atattamaan hin argattuu tanaan lubbuunshee akka darbu ogessoota fayaan itti himame jira. Wallansa kana biyya Hindiitti(India) argachuuf qarshii biyya Ethiopia dhaan 4million barbachisa. Kana gochuuf immoo matiin ishii qabegna gahaa waan hin qabneef, hundii kessaan hamma dandessan akka gargaartani lubbuu ishii olchitan kabajaan isiin gaafadha. Bu'aan qorannoo fi ragaan wallasaa barbaachisu akka armaan gaditti.
Lakk. Bilb +251963684720/
Bank Account ishii kana:
1000316517448
Nardos Shiferaw Ayele
Share waliif godhaa hadaraa

COC for health department and other departments 1

18 Aug, 04:35


https://www.facebook.com/100018228133329/posts/1225749361375990/?mibextid=rS40aB7S9Ucbxw6v