Burqaa Beekkumsaa @burqaa_beekkumsaa Channel on Telegram

Burqaa Beekkumsaa

@burqaa_beekkumsaa


Burqaa Beekkumsaa (Afan Oromo)

Burqaa Beekkumsaa is an engaging and informative Telegram channel dedicated to promoting Afan Oromo language and culture. With a focus on language learning, cultural insights, and community building, this channel caters to Oromo speakers and enthusiasts from all around the world. Who is it? Burqaa Beekkumsaa is a must-follow for anyone interested in deepening their understanding of the Afan Oromo language and connecting with like-minded individuals who share a passion for Oromo culture. What is it? This channel provides a platform for sharing resources, tips, and discussions related to language learning, traditional customs, music, art, folklore, and much more. Whether you are a native speaker looking to preserve your heritage or a language enthusiast eager to explore a new linguistic and cultural world, Burqaa Beekkumsaa offers something for everyone. Join us on this exciting journey of discovery and celebration of Afan Oromo language and culture. Follow @burqaa_beekkumsaa on Telegram today and become part of our vibrant community!

Burqaa Beekkumsaa

30 Nov, 13:20


" Waaqayyo keenya Waaqayyo isa fayyisuu dha, Waaqayyo gooftaan du'a jalaa baasuufis karaa qaba."
Far 68: 20

Burqaa Beekkumsaa

25 Nov, 11:48


Jalqabuuf jabaa ta’uu hin qabdu, garuu jabaa ta’uuf jalqabuu qabda.
                  -Ziig Ziiglaar

ለመጀመር ታላቅ መሆን የለብህም፣
ነገር ግን ታላቅ ለመሆን መጀመር አለብህ።
                        ዚግ ዚግላር
You don't have to be great to start, but you have to be start to be great

Burqaa Beekkumsaa

24 Nov, 13:56


Eenyullee eenyuu olii miti, eenyuyyuu gadiis miti. Garuu eenyuuyyuu eenyu waliin wal qixa miti. Salphumatti namni adda addaa dha. Wal hin madaalsifaman .
Si jechuun si dha. Ana jechuun anuma .≈≈≈OSHO≈≈≈

✓akkuma haaceen jedhe sana dubbichi,""Eenyuutuu eenyuu gadi?? Kanaatuu Na aarsaa maafan aaruu didaa!""

Namni hunduu uumamaan Wal qixa ta'us , garuu addaa adda , garuu eenyullee eenyuu gadii miti, eenyullee eenyuu olii miti.
@burqaabeekkumsaa

Burqaa Beekkumsaa

23 Nov, 14:24


Nama
Namni namuma akkasaatii miidhuuf mataa dhokfatee jechaa fi wantoota birootiin summeessuu yaala. Uumaan immoo hundaaf qixxee waan ta'eef badiisa namni keessa wal buusuuf malatu hedduu jalaa nama oolcha. Yeroo baay'ee namni kiyyoo harki nama biraa kaayeef jalaa oolee waanuma ofiisaaf xaxeen miidhama. Namoonni namaaf gaarii gochuus ta'ee gaarii yaaduu hin dandeenye maaloo namarratti daba hin yaadinaa! Maaltu beeka dhagaan ati obboleessa/ttii keetti darbatte deebi'ee sidhahuu danda'aa! Ofumakee qusadhu!

Burqaa Beekkumsaa

19 Nov, 09:23


Darbannaa hammeenyaa utuu narraa qoltuu
bakka kiyya buutee utuu narra loltuu
Humnikoo bututee maalif burkutaa'aa
Duubakee nat-jira sit-na dura taa'aa

Gooftaa Koo🥰

Burqaa Beekkumsaa

07 Nov, 14:03


😎Nama waan ta'uu qabu ta'uu danda'u akka taatetti of ilaali.

👍Kan si bukkee jiraatee sin fayyadne,si biraa fagaateess sin miidhu.

👉Abdii hin kutatin dukkana guddaa keessa ifa xiqqon darbuu dandeessa.

😏Hin dagatin namoonni gocha gaarii baay'ee ati goote irra dogongora kee tokkittii yaadatu.

👍Yaaltee dadhabuun kufaatii miti, kufaatiin yaaluu dadhabuudha.

🤔 Diinni yoo si waraane qaama keet si madeessa,
Hiriyyaan sobaa garuu sammuu tee si madeessa.

😞Hiyyeessi yakka namaatti kan adabamaa oolu haqa dhabee osoo hin taane harkaa dhabeeti.

@Jireenya_jaalalaa

Burqaa Beekkumsaa

06 Nov, 14:22


" Yaa Waaqayyo gooftaa maccaa, yaa isa qajeelummaadhaan faradduu, ati golee garaa namaa in qorta; ani rakkina koo sitti himadheera'o ati isaan irratti ijaa akka anaaf baaftu na argisiisi!"
Er 11: 20

Burqaa Beekkumsaa

05 Nov, 05:59


Amantii qabaadhu in argattaa gaafattee waan tokkoyyuu hin dhabdu Yesuus sii wajjin jira manni kee golli kee hin irratu.😊

Burqaa Beekkumsaa

05 Nov, 04:09


Channel photo updated

Burqaa Beekkumsaa

04 Nov, 18:51


“Isa garaan isaa cimsee si amanatu, sababii inni sitti of kennatuuf ati nagaa guutuudhaan in eegda;”
  — Isa. 26:3

Burqaa Beekkumsaa

04 Nov, 17:09


.... Kristos garuu hundumaaf jira, inni nama hundumaaf waan hundumaa ti.”
  — Qol. 3:11
Yesuus waan hundumaa kee ta'uunsaa sitti haa dhaga'amu!
Fayyaa
Qabeenya
Nagaa
Boqonnaa
Gammachuu
Beekumsa
Ogummaa
Fira
Abbaa
Haadha
Obboleessa
Hiriyyaa
.......
Bakka hundumaatti waan hundaa siif ta'a🥰

Burqaa Beekkumsaa

02 Nov, 08:22


Amala toluun gatii guddadha.
🔻 Yoo amalli ke ol si hin kaasin
Sadarkaan kee ol si hin guddiftu
🔻  Yoo dalagaan ke si hin miidhagsin Uffanni ke si hin miidhegssitu
♦️ Jirenyi akkasi kunoo, amalaa fi naamusa yoon qabaatin atis kabaja hin eegin
                🤲🤲 Yaa Rabbi🤲🤲
Haala, Amalaafi hojii keenyas nuf barechi.
╚══════════════════╝

Burqaa Beekkumsaa

30 Oct, 12:50


#Haa_dubbifamu! Gaafa tokko abbaa manaan haadha manaa isaatti baay'ee waan aareef, mana keessa naannessee reebe. Sirritti waan reebeef ni boosse. Isheen teessee osoo boossuu, innimmoo kutaa ciisichaa seenee uffata baafatee rafe. Erga booichashee fixxee booda, teessee waa yaadde. Bakka teessumaa kaatee suuta jettee kutaa cisichaa seente. Abbaa manaashee cinaan rafte. Abbaa manaan ganama yeroo dammaqu waan inni hin yaadnetu ta'e. Imimmaan dhanquu dhanquuija lamaaniin roobsaa booe. Booee dhiisuu dide. Haati manaan isaa abbaa manaashee isa reebe sanatti maramtee, hammattee waan cifteef boo'e. Inni ishee reebe; ishee hammattee bulte. Sanumatu boochise. Sagaleesaa akka dhageesseen hirriba keessaa ol jette. "Argitee? Hamma ati na boochifte anis si boochifadheera" jettee iti kolfite. Innis jaalalasheetti gammadee ofitti qabee dhungate. Uleen reebee boochise; haaloo bauurra jaalalaan rukuttee boossifte. Argitani? Abiddi abiddaan dhaamuu gonkumaa hin danda'u. Jaalalli mo'aadha!

Burqaa Beekkumsaa

25 Oct, 07:23


"Dubbii tokkicha qofaa dubbadhu malee Nahoon koo in fayyaa." Maat. 8:8

Dubbii tokkichi Yesuus waa'eekeef dubbatu waan hundumaatiif furmaata. Sagaleen isaa human qaba. Yeroo Yesuus sagalee isaa erge Nahoon namicha Sanaas in fayye.

Bakkuma jirtaniitti Waaqayyoo har'a sagalee isaa isiniif haa ergu!

Guyyaa Eebbaa Qabaadhaa.

Burqaa Beekkumsaa

24 Oct, 15:02


Akka namicha hiyyeessa qaraxa funaanu sanaa, fagaatanii dhaabbatanii, ija isaanii gara waaqaatti utuu ol hin kaasin, ''Ani nama cubbamaadhaa yaa Waaqayyo natti araarami'' jedhanii boo'u, luq. 18:13. Isaan kun eebbifamoo dha. Kiristoos '' Hoolaa Waaqayyoo Isa cubbuu biyya lafaa balleessu waan ta'eef; warra qalbii jijjiirratuuf dhiifamni jira, Yoh. 1:29. Waadaan waaqayyoo, '' Cubbuun keessan akka dhiigaa yoo diimate, akka cabbii ni addaata; diimaa biluus yoo ta'e akka jirbii iddamaa ni addaata.'' Isa.1:18; Hiz. 36:26-27 jedha.

Burqaa Beekkumsaa

15 Oct, 07:16


Namni si jaalatu wanta namni biraa sirratti hin argine sirratti arga🔥

Burqaa Beekkumsaa

14 Oct, 12:14


Isan
Miira koo dhoksee
Of keessa of awwaalu
Osoon siin miidhamuu
Miidhama koo wallaalu

Jaalala hin komadhu
Si'is hin himadhu

Qaamaan sirraan siqa
Atis narraa fagaadhu
Gaariif ammeenya keen
Na keessa jiraadhu

Burqaa Beekkumsaa

10 Oct, 13:25


Maqaan ati waamtee hin qaanofne maqaa eenyuuti🥰

Burqaa Beekkumsaa

06 Oct, 05:15


Bagaa nagan ofkoltaan

Burqaa Beekkumsaa

28 Sep, 06:23


☑️GATIIN MUL'ATA kee WARRA MUL'ATA QABAN BIRAATTi GUDDADHA

Mul'atnii kee warra mul'ata qaban birattii fudhaatamumma yoo qabatu, warra mul'ata him qabnee biraattii gowwaa sii fakkeessa. Mul'atnii kee gatiin isaa warra waa'ee mul'ata beekaniif mul'ata qaban biraattii guddadha. Kabaajan mul'ata keetiif malus warra mul'ata Bira jira. Warrii mul'ata him qabneef mul'atniis maal akka ta'ee waa'ee isaa him beeknee mul'ata kee sii harkaattii busheessuu. Haamilee mul'ata keetii sii adeemsiisuu isaan biraa him jiru kan haamilee sii cabsuu male.

☑️MUL'ATAF keetiif  HIRIYYAA filaadhu.

Abba mul'ataf nama mul'atan mul'ataf adeemuu yoo taate nama hundumaa hiriyaa him godhaatiin. Isaan keessa yoona kan waa'ee mul'ata beekuu muraasa warrii kaan mul'aticha kee gufaachiisuu. Hiriyaa filaadhu. Hiriyaa filaatu keessayyuu nama waa'ee mul'ata sirritti hubaatee beekuuf mul'ata kee wajjiinis wal maadalu barbaadadhu. Hiriyaa gadheen amaala gaarii mancaasa akkuma jedhan, hiriyaan mul'ata kee wajjiin wal him maadale siinis mul'ata keetiif gatii maleessa sii gochuu daanda'a. Kaanaafuu, hiriyaa mul'ata kee galmaa sii gahu argaachuf ykn kan barbaaduu yoo ta'ee hiriyaa mul'atiicha kee wajjiin wal maadaluf mul'atichaa kee irrattis sii gargaaruu hubaannan barbaadadhu. Hiriyyuumma isaa wajjiinis jalqaabu dursaa haammamta nama hiriyaa kee ta'uf jiru hubaadhu.


☑️MUL'ATA KEETIIS,,,,,,,

Mul'ata keetiif gahan dursa sii'i. Mul'atnii kee dursa sii biraatti gahooma argaachun sii bira gatii isaa malu yoo him argaatiin quba itti qaba nama hunduma ta'aa. Hunda dursa, mul'atnii kee sii biraattii kabaaja argaachu qaba. Mul'ata keetiis kabaajii. Mul'ata kee kabajufis eenyuun hin gaafatiin murtoo mataa keetiin itti adeemii.

☑️MUL'ATA KEE ORMAAN,,,,,,,,

Mul'ata kee ormaan him maadaliin of harkaattii busheessita. Kan ormaa wajjiinis wal Bira qabdee maadalun gatii maleessa him godhiin. Mul'atnii namichaa kan kee him ta'u, mul'atumma keetu siif kan keetii. Mul'atnii namiichayyuu immoo yoona him beektu malee hangaa kan keetii gatii qabeessa ta'u dhiisuu mala.  Kaanaafuu, hundumaa caalaa kan kee caalee sit haa argaamu kan ofittu kan ofitti malee kan orma kan ormaattii kan ofii him ta'u. Mul'atumma atii amma qabduttu kan keetii isumaa of harkattii gatii qabeessa taasiisii. Of harkaattii eeggadhu. Kufaatii mul'ata namoota baayeef sabaabnii of harkaatti tuffaachu mul'aata isaanitti.

☑️DAANDII MUL'ATA,,,.

Daandii kee milkeessu dursaa osoo ofii barbaaduu ykn argaachu him daanda'iin nama Bira him gaafatiin. Tarii, namichii daandii mul'ata keetiif maluf maadaluu sitti agaarsiisuu dhiisuu daanda'aa. Daandiif karaa mul'ata keetiif ta'uf maadaluu kan beekuu sii qofa. Ormii mul'atnii sii keessa jiru hangaam haama inni gahu waan him beekneef daandiif karaa hangaa  mul'atiicha gahuf maadaluu siif  arguu dhiisuu daanda'a. Him arguus, him beekuus.  Daandiif karaa mul'atnii kee yoo irraa imaaleef sochoo'ee milkaa'uf galmaa Isaa barbaachiisuu gahu daanda'uu sirrittii akkataa mul'ataa sanaf maluttii kan beekuuf hubaatee nama tokkichaa, innis sii Abbumma mul'atiicha qofa.  Abba mul'ata malee waa'ee mul'ata isaa hangaamta isaa namnii beekuu daanda'uu him jiru. 
Kaanaafuu, karaaf daandiin mul'ata keetiif ta'uf maadaluu suman abba mul'atichaa Bira jira. Siin Abba mul'aticha males namnii daandii mul'atichaa milkeessuu beekuu daanda'uu him jiru. 
Hin dagaatiin,Daandii mul'ata milkeessus mul'atichumma keessa jalqaaba.

  Galaatooma!

Burqaa Beekkumsaa

23 Sep, 15:13


BIQILTUU KEE BISHAAN OBAASI! 🌱
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Yommuu biqiltuu bishaan obaasuu dhiifte, guddisuu dhiiftee jirta... yoo guddisuu dhiifte goggogsaa jirta.

🔻 Ani yeroo hundumaa akkasin jedha. "Of guddisuudhaaf karaan sirriin wantoota haaraa barachuudhaan. Kitaaba dubbisuu jalqabuu, muuxannoo namoota qaban irraa barachuu fi gara ofiitti firoomsuun dhugumaan of guddisuudha! Kanaaf, biqiltuu kee bishaan obaasuu hin dhaabin... gonkumaa guddachuu fi barachuu hin dhiisin! Yeroo hundumaa galma haaraa ofiif qopheessi! Fuulduratti adeemi! Kuni iccitii milkaa'inaa isa guddaadha.

Burqaa Beekkumsaa

08 Sep, 05:52


BARA CEE'UMSAA! 🪜

✝️ “Waaqayyo yommus Museedhaan, "Maaliif gara kootti iyyita? Ka'anii gara fuula duraatti akka adeemaniif Israa'elootatti himi!”
  — Bau. 14:15

Burqaa Beekkumsaa

06 Sep, 16:53


Wara boolee

Burqaa Beekkumsaa

05 Sep, 16:32


Akka namicha hiyyeessa qaraxa funaanu sanaa, fagaatanii dhaabbatanii, ija isaanii gara waaqaatti utuu ol hin kaasin, ''Ani nama cubbamaadhaa yaa Waaqayyo natti araarami'' jedhanii boo'u, luq. 18:13. Isaan kun eebbifamoo dha. Kiristoos '' Hoolaa Waaqayyoo Isa cubbuu biyya lafaa balleessu waan ta'eef; warra qalbii jijjiirratuuf dhiifamni jira, Yoh. 1:29. Waadaan waaqayyoo, '' Cubbuun keessan akka dhiigaa yoo diimate, akka cabbii ni addaata; diimaa biluus yoo ta'e akka jirbii iddamaa ni addaata.'' Isa.1:18; Hiz. 36:26-27 jedha.
From The Mount Of Blessing;Afaan oromoo😊 page 15..

Join to Sagalee waaqayyoo

Burqaa Beekkumsaa

03 Sep, 08:18


Nuti phenxonni bakka jireenyi password nu gaafatetti "Yesus" jennee banna!👋