Borana University @boranauniversity Channel on Telegram

Borana University

@boranauniversity


Borana University Official Telegram Page.

Borana University (English)

Welcome to the official Telegram page of Borana University! If you are a student, alumni, or simply interested in higher education, this channel is for you. Borana University is a prestigious institution known for its commitment to academic excellence and innovation. Through this channel, you will stay up to date with the latest news, events, and announcements from the university. Whether you are looking for information on admissions, research opportunities, or student life, you will find it all here. Join our community of like-minded individuals who are passionate about learning and making a difference in the world. Borana University is more than just a place of education; it is a place of growth, inspiration, and endless possibilities. Join us on this journey of knowledge and discovery. Stay connected with Borana University on Telegram and be part of our vibrant academic community!

Borana University

23 Aug, 18:26


For all Borana University Students.
The registration date will be on December 27 and 28.
So, students that are placed at our university have to register on the date mentioned above.

Borana University

23 Aug, 18:18


ለ ቦረና ዩኒቨርሲቲ አዲስ ገቢ ተማሪዎች በሙሉ።
የምዝገባ ቀን ነሃሴ 27 እና 28 መሆኑን አውቃችሁ በተባለው ቀን በመገኘት እንድትመዘገቡ እናሳስባለን።

Borana University

23 Aug, 18:14


Barattoota Yunivarisitii Keenya Hundaaf.
Guyyaan Galmee Barattoota Haarawaa Haagayya 27 fi 28 ta'u beektanii guyyaa jeedhameetti Akka galmooftan ciimsinee isiin beeksifnaa.

Borana University

15 Jul, 06:55


For all Students that are placed at Borana University.
We would like to announce that our University is at preparation for welcoming students soon. So, students that are placed and waiting the calling day do not confuse with any false information that are posted by some pages rather we advise you to stay cool until our University announce the calling day by government media and our Social media pages.
@BoranaUniversity
@BoranaUniversity

Borana University

11 Jun, 10:52


Hojiin jalqabaa Yuunvarsiitii Booraanaa qabeenya aadaa fi sirna Gadaa sirnaan qoratee ifatti baasuu ta’uu qaba – Obbo Shimallis Abdiisa

Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi jilli isaaniin durfamu Yuunvarsiitii Booraanaa eebbisiiseera. Hojiin jalqabaa Yuunvarsiitii Booraanaa qabeenya aadaa fi sirna Gadaa ifatti baasuun beekkumsaa fi qaroomni cimsuu akka qabu obbo Shimallis dhaamaniiru. Hojiin mootummaa jijjiirramaa dhagaa bu’uuraa kaa’uu osoo hin taane hojjetee xummurudha.
@BoranaUniversity
@BoranaUniversity

Borana University

11 Jun, 09:04


Yuunvarsiitiin Booraanaa eebbifame

Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi Ministirri Ministeera Saayinsii fi Dhaabbilee Barnootaa olaanoo Dooktar Saamu’eel Urqaatoo Yuunvarsiitii Booraanaa eebbisiisan. Yuunvarsiitichi baasii Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 50 ijaarramee jedhameera. Lafa hektaara 50 irratti kan ijaarrame ta’uu ibsameera. Bara kana gosa barnootaa 15 barattoota 600 simatee barsiisa jedhameera. @BoranaUniversity @BoranaUniversity

Borana University

11 Jun, 08:50


350 ሚሊየን ብር በሆነ ወጪ የተገነባው የቦረና ዩኒቨርሲቲ ዛሬ ተመረቀ።

በ350 ሚሊየን ብር በሆነ ወጪ የተገነባው የቦረና ዩኒቨርሲቲ ተመርቋል፡፡ ዩኒቨርስቲው ከሚቀጥለው ዓመት ጀምሮ አገልግሎት ለመስጠት የሰው ሃይል ቅጥር በመፈጸም ከወዲሁ ዝግጅት መደረጉን የዩኒቨርሲቲው ፕሬዚዳንት ዶክተር ቦሩ ጠቼ ጠቁመዋል፡፡ በምረቃ ሥነ ስርዓቱ ላይ የኦሮሚያ ክልል ርዕሰ መስተዳድር አቶ ሽመልስ አብዲሳ፤ የሳይንስና ከፍተኛ ትምህርት ሚኒስትር ዶክተር ሳሙኤል ኡርቃቶ ጨምሮ ሌሎች አመራሮች ተገኝተዋል።

Borana University

10 Jun, 16:22


Yuunvarsiitiin Booranaa boruu ni eebbifama

Yuunvarsiitiin Booranaa boruu ni eebbifama jedhameera. Yuunvarsiitichi baasii Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 50 ijaarramee jedhameera. Preezdaantiin Yuunvarsiiticha Dooktar Booruu Xaachee, yuunvarasiitiin Booranaa daree barnoota, kutaa bulchiinsa, mana kitaabaa, galmaa fi iddoowwan ispoortiin of keessaatti haammachuun kan ijaarrameedha jedhaniiru. Galteewwan hojii barnootaaf barbachisaan kan guuttatee ta’uu ibsaniiru.

Borana University

02 Jun, 09:17


Yunivarsiitiin Booranaa barattoota 657 simatee barsiisuuf qophii xumuruu beeksise!

Yunivarsiitiin Booranaa barana yeroo jalqabaatiif barattoota 657 simatee barsiisuuf, barsiisotaafi hojjetoota deeggarsaas guuttachaa jiraachuu ibse.

Hojii baruufi barsiisuuf wantoota barbaachisan kanneen akka dareelee barnootaa, laaboraatoorii, mana kitaabaafi iddoo bultii barattootaa qophaa'uu isaanii, Pirezdaantii Ittaanaa Dhimma Barnootaa Yunivarsitii Booranaa Dr. Galamas Bonayyaa himaniiru.

Yunivarsiitiin Booranaa barattota simachuuf qophii taasisaa jiraachuu, Yunivarsitii Booranaatti Daarektarri Dhimma Barattootaa, Obbo Goodaanaa Duubaa dubbataniiru.

Borana University

29 May, 08:19


"አዲስ ገቢ ተማሪዎች ከሰኔ 21/2013 ዓ.ም ጀምሮ ወደየተመደቡበት ዩኒቨርሲቲ ይገባሉ" - የሳይንስና ከፍተኛ ትምህርት ሚኒስቴር

አዲስ ገቢ የዩኒቨርሲቲ ተማሪዎች ከመጪው ምርጫ በኋላ ሰኔ 21/2013 ዓ.ም ወደተመደቡበት ዩኒቨርስቲ እንደሚገቡ የየሳይንስና ከፍተኛ ትምህርት ሚኒስቴር ለቲክቫህ ዩኒቨርሲቲ አሳውቋል።

ከምርጫው በኋላ ሰኔ 21 ሁሉም የመጀመሪያ ዓመት ተማሪዎች ወደየተመደቡበት ዩኒቨርሲቲ እንደሚገቡ የሳይንስና ከፍተኛ ትምህርት ሚኒስትር ዲኤታ ሳሙኤል ክፍሌ (ዶ/ር) አረጋግጠዋል።

በሌላ በኩል ነባር ዩኒቨርሲቲ ተማሪዎች ለመጪው ምርጫ ወደደቤተሰቦቻቸው በመሄድ በምርጫው ይሳተፋሉ ብለዋል።

"የተማሪዎቹ መሄድ ግዴታ አይደለም" ያሉት ሚኒስትር ዲኤታው ፤ መምረጥ ለሚፈልጉ ነባር ተማሪዎች እንዲመች ከምርጫው በፊትና በኋላ ያሉ ቀናት የዕረፍት ጊዜ እንደሚሆኑ ገልፀዋል።

"ምርጫ ማድረግ መብት እንደመሆኑ፤ መምረጥ የማይፈልጉ ነባር ተማሪዎች በያሉበት ዩኒቨርሲቲ መቆየት ይችላሉ" ብለዋል።

ነባር ተማሪዎቹ ብሔራዊ ምርጫ ቦርዱ ባዘጋጀው የበይነ መረብ የመራጭነት መመዝገቢያ አማካኝነት በምርጫው ለመሳተፍ የመራጭነት ምዝገባ አድርገዋል።

ተማሪዎቹ ወደየመጡበት አካባቢ በመሄድ በምርጫው እንዲሳተፉ ምርጫ ቦርዱ ውሳኔ ማስተላለፉን ቲክቫህ ዩኒቨርሲቲ ከዚህ ቀደም መዘገቡ ይታወሳል።