4-3-3 Ispoortii Afaan Oromoo

@bisrat_sport_fm2


4-3-3 Ispoortii Afaan Oromoo

26 Nov, 19:28


๐Ÿ“Œ แ‰ แŠ แŒˆแˆซแ‰ฝแŠ• แ‰ แ‰ดแˆŒแŒแˆซแˆ แ‰ตแˆแ‰ แ‹จแˆตแ–แˆญแ‰ต แ‰ปแŠ“แˆ แ‹จแˆ†แŠแ‹แŠ“ 575แˆบแˆ… แ‰ แˆ‹แ‹ญ แ‰ฐแŠจแ‰ณแ‹ญ แ‹ซแˆˆแ‹ 4-3-3 แˆตแ–แˆญแ‰ต แ‰ แŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซ แ‰ แŒŽแˆ แ‰ชแ‹ฒแ‹ฎ Copyright แˆแŠญแŠ•แ‹ซแ‰ต แ‰ปแŠ“แˆ‰ แˆˆแŒŠแ‹œแ‹ แ‰ฐแ‹˜แŒแ‰ทแˆแข

๐Ÿ“Œ แŠฅแˆตแŠชแˆ˜แˆˆแˆต แ‰ แŠ แ‹ฒแˆฑ แ‰ปแŠ“แˆ‹แ‰ธแ‹ แ‹œแŠ“แ‹Žแ‰ฝแŠ• แŠฅแ‹ซแ‰€แˆจแ‰ก แŠแ‹! แ‰ แ‰ฐแˆ˜แˆณแˆณแ‹ญ แˆตแˆ แŠฅแŠ“ แˆŽแŒŽ แ‹จแ‰ฐแŠจแˆแ‰ฑ แˆ€แˆฐแ‰ฐแŠ› แ‰ปแŠ“แˆŽแ‰ฝ แˆตแˆ‹แˆ‰ แŠฅแŠ•แ‹ณแ‹ญแˆธแ‹ˆแ‹ฑ! แ‰ตแŠญแŠญแˆˆแŠ›แ‹แŠ• แ‹จ 4-3-3 แˆตแ–แˆญแ‰ต แ‰ แŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซ แŠ แ‹ฒแˆฑ แ‹จแ‰ดแˆŒแŒแˆซแˆ แ‰ปแŠ“แˆแŠ• แ‰ฐแ‰€แˆ‹แ‰€แˆแ‰ธแ‹๐Ÿ‘‡

https://t.me/joinchat/5d8lxsXzhDplZmU0

4-3-3 Ispoortii Afaan Oromoo

19 Sep, 06:24


๐Ÿ‡ฌ๐Ÿ‡ง #English_Premier_League ๐Ÿ‡ฌ๐Ÿ‡ง

โœ… Matchday 5

Taphaa guutuu

Siitiin taphoota darbaan sadii irraatti galchii 16 lakoofsisee har'a etihaad irraatti sawuuzhampitaan waliin qixxaa ba'ee jiraa

Man City 0โƒฃ-0โƒฃ Southampton

๐ŸŸ Eithad Stadium

Norwich 1โƒฃ-3โƒฃ Watford
โšฝ๏ธ Pukki 35' โšฝ๏ธ Dennis 18'
โšฝ๏ธ Sarr 63' 82'

๐ŸŸ Carrow Road


Burnley 0โƒฃ-1โƒฃ Arsenal
โšฝ๏ธ Odegaard 30'

๐ŸŸ Turf Moore

Liverpool 3โƒฃ-0โƒฃ Crystal Palace
โšฝ๏ธ Manรฉ 43'
โšฝ๏ธ Salah 78'
โšฝ๏ธ Keita 89'

๐ŸŸ Anfield Stadium


@Bisrat_Sport_Fm2

4-3-3 Ispoortii Afaan Oromoo

19 Sep, 06:24


https://youtu.be/2JktzH-Qz70

4-3-3 Ispoortii Afaan Oromoo

13 Sep, 17:41


Dargagesaa umrii 39 ๐Ÿ˜ณ

@Bisrat_Sport_Fm2

4-3-3 Ispoortii Afaan Oromoo

13 Sep, 17:40


Qapxxiwan taphoota kalee taphataman

๐Ÿด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ English Premier League

Leeds United 0-3 Liverpool

๐Ÿ‡ซ๐Ÿ‡ท French League 1

Monpelle 2-0 St. Ethan
Rennes 0-2 Rams
Brest 1-1 Angers
Metz 0-2 Troys
Bordeaux 2-3 lenses
Nants 0-2 Nice
Lyon 3-1 Strasbourg

๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡น Italian Serie

Sampdoria 2-2 Inter Milan
Torino 4-0 Salerno
Spain 0-1 Udinese
Cagliari 2-3 Genoa
AC Milan 2-0 Lazio
Roma 2-1 Sassuolo

๐Ÿ‡ฉ๐Ÿ‡ช German Bundesliga

Frankfurt 1-1 Stuttgart
Bots 1-3 Hertha Berlin
Monchegladbach 3-1 Belffield

๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡ธ La Liga Spain

Espinole 1-2 Atletico Madrid
Osasuna 1-4 Valencia
Cadiz 0-2 Real Sociedad
Real Madrid 5-2 Celta Vigo

@

4-3-3 Ispoortii Afaan Oromoo

10 Sep, 17:35


โœ…Taphoota guyyaa boru liigoota gurggudaa shaanan Awuroopaa.

๐Ÿ‘‰Primer Liigii Inglaand

08:30|| Kiristaal Paalas fi Totenhaam

11:00|| Arsenaal fi Norwiich

11:00|| Brentford fi Biraayten

11:00|| Lestar Siitii fi Maanchister Siitii

11:00|| Maan Yunaayitd fi Niwkaastil

11:00|| Sawuzhampitan fi Weestham

11:00|| Watfoord fi Wolvis

01:30|| Cheelsii fi Astonviilaa

๐Ÿ‘‰Laaliigaa Ispeen

01:30|| Levaantee fi Riyal Vayekano

04:00|| Atletik Kilab fi Mayorka

๐Ÿ‘‰Liigii Faaransay

12:00|| PSG fi Kilermont Font

04:00|| Monaako fi Maarsee

๐Ÿ‘‰Bondasliigaa Jaarmaan

10:30|| B. Livarkuusaan fi B. Dortumaand

10:30|| Frayburg fi Koleny

10:30|| Gretur Furt fi Wolfisburg

10:30|| Hofaniyeem fi Mainz

10:30|| Uniyeen Barliin fi Augisbarg

01:30|| RB Lepzing fi Bayeer Muniik

๐Ÿ‘‰Seriyaa Itaalii

10:00|| Impoolii fi Veneshiyaa

01:00|| Naapoolii fi Juveentuus

03:45|| Atlaanta fi Fiyooreentina

@Bisrat_Sport_Fm2

4-3-3 Ispoortii Afaan Oromoo

10 Sep, 17:35


#Official

Gooliin Taphata Sarara Fuldura Aston Villa Dani Ingisa Newcastel irraat galchee Gooli bareeduu premier League baati kana ta'uun Filtamtee Jirti.

@Bisrat_Sport_Fm2

4-3-3 Ispoortii Afaan Oromoo

10 Sep, 17:33


Greenwood Taphata Cimmaa baati kana Manchester United ta'uun filatamee Jira.

@Bisrat_Sport_Fm2

4-3-3 Ispoortii Afaan Oromoo

14 Nov, 05:23


Taphataan westham Manuel Lanzini golii inni Tottenham irrati galchee golii bareedaa jia October primer league england tahun filatamte

@Bisrat_Sport_Fm2

4-3-3 Ispoortii Afaan Oromoo

13 Nov, 06:27


England primer league irrati bara kana killabin chelsii caalaa galchii lakkofsisee hiin jiruuu

20 - Chelsea
19 - Tottenham
18 - Aston villa

@Bisrat_Sport_Fm2

4-3-3 Ispoortii Afaan Oromoo

12 Nov, 08:08


๐Ÿ๐ŸŽฏ

4-3-3 Ispoortii Afaan Oromoo

11 Nov, 10:43


Happy 37th birthday to one of the greatest full-backs of all-time, Philipp Lahm.

๐Ÿ† 8 Bundesliga
๐Ÿ† 6 DFB-Pokal
๐Ÿ† 3 DFL-Supercup
๐Ÿ† DFL-Ligapokal
๐Ÿ† Champions League
๐Ÿ† Super Cup
๐Ÿ† Club World Cup

And FIFA World Cup winning captain with Germany. ๐Ÿ‡ฉ๐Ÿ‡ช

4-3-3 Ispoortii Afaan Oromoo

11 Nov, 10:35


Flipe coutinho midhama isa qaqqabe irra guutuu guutuutii bayyanachun gara dirree shaakalaati debi'ee

@Bisrat_Sport_Fm2

4-3-3 Ispoortii Afaan Oromoo

11 Nov, 07:56


Donny van de Beek ๐Ÿค”

Think you know the answer?

#MUFC #UnitedOnTikTok

@Bisrat_Sport_Fm2

4-3-3 Ispoortii Afaan Oromoo

11 Nov, 07:55


Seenaa gaddisiisa fi Dinqisiisaa kana beektu?

Bara 2005 G.C tapha xumura Champions League irratti Kilaboota gurguddoo Awurooppaa Liverpool fi Ac Milan walitti fide ture.

Tapha kana irraatti Liverpool haga Boqoonnaatti goolii 3 fi 0 n durfamaa ture. Kanumaan Deggaran Liverpool tokkoo hedduu aaruun yerooma sana Namoota keessa ba'uun Of fannisee Lubbuu isa dabarse.๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข

โœ Garuu kan sin ajaa'ibu egi deggaran kun of ajjeese booda, Tapha boqoonnaa boodaan Liverpool tapha sana duuba kaโ€™uun injifatee Geeba isaas fudhate.

๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰ Waan hundaafuu obsuun gaariidha !!!!

4-3-3 Ispoortii Afaan Oromoo

11 Nov, 07:55


โžก๏ธ||athonio konteen kan durfamuu inter milan taphataa sarara jiddu bologna matias svanbarg mallatesuf sochii jalqabera

@Bisrat_Sport_Fm2

4-3-3 Ispoortii Afaan Oromoo

11 Nov, 07:54


Arsenal, ac millan, napolin taphataa sarara jiddu redbullsalsburg dominic sabola mallatesuf morkii kessa galaniru

@Bisrat_Sport_Fm2

4-3-3 Ispoortii Afaan Oromoo

07 Nov, 11:40


๐Ÿงค Edouardo mendy chelsiif taphoota 6 irratii galchii huma hin kessumesinee

4-0 vs Crystal Palace
0-0 vs Sevilla
0-0 vs Manchester United
4-0 vs Krasnodar
3-0 vs Burnley
3-0 vs Rennes

4-3-3 Ispoortii Afaan Oromoo

07 Nov, 11:38


Hiriraa Manchester United

Everton vs ManchesterUnited|| 9แก30

@Bisrat_Sport_Fm2

4-3-3 Ispoortii Afaan Oromoo

04 Nov, 14:58


Gabriel jesus Manchester cityf taphoota 7 shaampiyoonsi liigii awuroopaa irratii hiriireen galchiiwaan 9 irratii hirmaateera๐Ÿค™๐Ÿค™

โšฝ๏ธ6 golii
๐ŸŽฏ3 assist

@Bisrat_Sport_Fm2

1,913

subscribers

67

photos

5

videos