Baankii Daldala Itiyoophiyaa @baankii_daldala_itiyoophiyaa Channel on Telegram

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

@baankii_daldala_itiyoophiyaa


Seenaan Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa (CBE) bara 1942 hundeeffama Baankii Mootummaa Itiyoophiyaa irraa eegaleeti.
CBEn bara 1963tti akka dhaabbata aksiyoonaa tokkootti seeraan hundeeffame. Ergasii as guddina biyyaa keessatti gahee olaanaa taphachaa dhufee

Baankii Daldala Itiyoophiyaa (English)

Welcome to the Baankii Daldala Itiyoophiyaa Telegram channel! This channel focuses on the Commercial Bank of Ethiopia (CBE), which was established in 1942 as the central bank of Ethiopia. In 1963, CBE transitioned into a fully-fledged commercial bank offering a wide range of financial services to the people of Ethiopia. With a rich history and a commitment to serving the community, CBE plays a vital role in the country's economy. Stay updated on the latest news, services, and initiatives of CBE by joining our channel today. Whether you are a customer, investor, or simply interested in the banking sector of Ethiopia, Baankii Daldala Itiyoophiyaa is the go-to channel for all things related to CBE.

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

15 Feb, 07:33


Guraandhalli 16 dhihaachaa jira!
****
Yeroo POS fayyadamtanii kaffaltii bittaa fi gurgurtaa keessan raawwattan
Eenyutu beeka, badhaasa birrii kuma 10 argachuu dandeessu!
****
Hanga Guraandhala 16, 2017tti
POS fayyadamuun, kaffaltii bittaa birrii 1,000 irraa eegalee yoo raawwattan,
Badhaasa birrii kuma 10 ni injifattu!
****
#cbe #digitalbanking #pos #banking
Baankii Daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

15 Feb, 05:28


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Saturday, 15 February 2025.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

14 Feb, 12:22


Maatii ta'aa, odeeffannoo wayitaawaa fi sirrii ta'e argadhaa!
****
Baankiin keenya odeeffannoo wayitawaa fi sirrii ta'e hordoftoota isaaf afaan adda addaatiin kennaa jira.
Gowwoomsitoota fuula miidiyaa hawaasaa sobaa irratti maqaa fi asxaa baankii keenyaa baay'inaan fayyadamaa jiran irraa of eegaa.
Kanaafuu, odeeffannoo waa'ee baankii keenyaa argachuu fi namoota biroof qooduun maatii ta'uuf fuula isa sirrii  hordofaa!
Odeeffannoo baankii isa sirrii ta’e, Fuula miidiyaa hawaasaa Baankii Daldalaa Itoophiyaa  irraa!
****
Fuula miidiyaa hawaasaa baankii keenyaa:
• Facebook • Telegram
• Facebook Afan Oromo •  Telegram Afan Oromo
• Facebook Tigrigna
• Facebook CBE NOOR   •  Telegram CBE NOOR
• Twitter •  LinkedIn •  Instagram
• YouTube •   TikTok

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

14 Feb, 06:34


Imala Hajjiif Galmooftanii?
****
Baankiin Daldalaa Itoophiyaa, Mana Maree Ol’aanaa Dhimmoota Islaamaa Itoophiyaa waliin ta’uun, Hajjii bara 1446 ; Amajjii 15, 2017 irraa eegalee imaltootaaf tajaajila baankii saffisaan kennuu eegaleera.
Yoo Hajjii deemuuf karoorfattan koodii kaffaltii dijiitii saddeet /payment Code/ kan mana mareetti Hajjiif galmooftan qabattanii, gara baankii keenya dhuftan, foddaa tajaajila kanaaf qophaa’e irratti tajaajila saffisaa fi mijataa argattu.
Dameelee Baankii Daldalaa Itoophiyaa hundatti tajaajila ariifataa fi kabajaan imala keessan itti gammaddan isinii mijeessineerra.

Baankii Daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

14 Feb, 04:52


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Friday, 14 February 2025.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

13 Feb, 11:49


Kabajamtoota maamiloota:
****
Tajaajila baankiin keenya dameelee irratti kennu irrattis ta’e, karaa filannoo kaffaltii dijitaalaa yaada isin maamiltoota keenya irraa arganne irratti hundaa’uun, fooyya’iinsa bal’aa hojiirra oolchaa jirra.
Fooyya'iinsi kun akka itti fufu kan nu gargaaru, ATM, POS, fi CBE Birr erga fayyadamtanii booda ergaan mirkaneessaa (SMS) isin dhaqqaba.
Kana waliin liinkiin yaada ittiin nuuf kennitan waan jiruuf, kabajaan akka guuttan isin gaafanna.
Hubachiisa:
****
Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa odeeffannoo baankii ergu kamiifuu kaffaltii hin gaafatu.
Kanamalees lakkoofsa iccitii nama kamiyyuu hin gaafatu.
****
Baankii Daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

13 Feb, 11:12


Yeroo boqqonnaa keessan Eessa deemuu barbaaddu?
Kanaaf immoo dursitanii qusachuun murteessadha.
Baankiin keenyas 'Herrega Qusannaa Guzoo' isinii qopheessera.
Qusadhaatii imalaa!

Baankii daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

13 Feb, 09:13


Jijjiirraa sharafa alaa kan guyyaa har'aa irratti birrii 4 dabalata argattu!
***
Karaa (
#EthioDirect) fi (#CashGo) maallaqni biyya alaatii yoo isinii ergame, tokkoon tokkoo doolaaraa irratti dabalata birrii 4 isinii kennina!

#cbe  #gift  #moneytransfer  #banking #ethiopia  #forex  #EthioDirect  #CashGo
****
-  Appilikeeshinnii EthioDirect argachuuf፡

•  Android:  https://play.google.com/store/apps/details?id=com.combanketh.ethiodirect
•  IOS፡  https://apps.apple.com/us/app/ethiodirect/id1602064491

-  Appilikeeshinii CashGo argachuuf፡

• Android: https://play.google.com/store/apps/details?id=com.bankofabyssinia.cashgo&hl=en&gl=US
• IOS: https://apps.apple.com/us/app/cashgo/id1559346306

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

13 Feb, 04:44


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Thursday, 13 February 2025.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

12 Feb, 17:25


Injifattoonni baga gammaddan!
Sagantaan badhaasa Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa fayyadamtoota POS tiif qopheesse, kan marsaa 6ffaa carraan baheera.
****
Carraa marsaa 6ffaatiin namoonni Birrii kuma 10'n injifatan 60 dha.
Sagantaa kanaan namoota 315 badhaasuuuf karoorfanne keessaa, namoonni 165  marsaa jahaan darbaniin birrii kuma 10 badhaafaman.

Sagantaan badhaasa kun hanga Guraandhala 16, 2017tti kan turu yoo ta'u, maashina POS kan Baankii Daldalaa Itoophiyaatiin,  Birrii 1,000 irraa eegalee, iddoo bittaaf gurgurtaatti, kaffaltii yoo raawwattan abbaa carraa ta'uu dandeessu.

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

12 Feb, 17:24


https://t.me/combankethofficial/7801

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

12 Feb, 14:48


Ibsa gaddaa
======
Boordiin Daayirektaroota, Manaajimentii fi Hojjettoonni Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa lammiilee balaa tiraafikaa Guraandhala 4, 2017 godina Wallagga Bahaa Aanaa Gudayyaa Bilaatti mudatee lubbuu isaanii dhabanii fi miidhamaniif, gadda guddaa nutti dhagahame ibsina.
Maatii isaaniif jajjabina hawwina!

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

12 Feb, 07:30


Imala Hajjiif Galmooftanii?
****
Baankiin Daldalaa Itoophiyaa, Mana Maree Ol’aanaa Dhimmoota Islaamaa Itoophiyaa waliin ta’uun, Hajjii bara 1446 ; Amajjii 15, 2017 irraa eegalee imaltootaaf tajaajila baankii saffisaan kennuu eegaleera.
Yoo Hajjii deemuuf karoorfattan koodii kaffaltii dijiitii saddeet /payment Code/ kan mana mareetti Hajjiif galmooftan qabattanii, gara baankii keenya dhuftan, foddaa tajaajila kanaaf qophaa’e irratti tajaajila saffisaa fi mijataa argattu.
Dameelee Baankii Daldalaa Itoophiyaa hundatti tajaajila ariifataa fi kabajaan imala keessan itti gammaddan isinii mijeessineerra.

Baankii Daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

12 Feb, 04:47


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Wednesday, 12 February 2025.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

11 Feb, 07:20


Bilbila keessaniin Uqubii seenuu dandeessu!
***********
Filannoo barbaaddaniin bilbilan Uqubii (Digital Equb) seenuu dandeessu
Appii (Digital Equb) mini apps CBE Birr Plus irratti argachuu dandeessu.
Salphaatti galmaa'uun gosa Uqubii barbaaddaniitti makamaa.
Appii CBE Birr Plus amma Google Play ykn App Store seenuun buufadhaa.
#CBE #cbebirr #apps #digitalbanking #digitalequb
*************
• Bilbiloota Andirooyidiif https://play.google.com/store/apps/details?id=prod.cbe.birr
• Bilbiloota Appiliif https://apps.apple.com/us/app/cbebirr/id1600841787

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

11 Feb, 04:47


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Tuesday, 11 February 2025.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

10 Feb, 13:30


https://t.me/combankethofficial/7788

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

10 Feb, 07:48


Badhaafamuuf qophaa'aa jirtuu?
******
Isin bakka buutonni CBE Birr!
Bakka buutoonni CBE Birr, tajaajila CBE Birr daran yoo si’eessitan, Konkolaataa dabalatee badhaasa gammachiisaa hedduu injifachuuf carraa argattu!
******
Ulaagaalee badhaasichaa fi dhimmoota biroo ilaaluuf, liinkii armaan gadii fayyadamaa:
https://combanketh.et/cbeapi/uploads/Agent_and_Super_Agent_Reward_Criteria_53533f2f0a.pdf
******
Baankii Daldalaa Itoophiyaa
Baankii Yoomiyyuu itti of Abdatan!
#cbe #cbebirr #agent #prize #banking #ethiopia

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

10 Feb, 04:46


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Monday, 10 February 2025.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

08 Feb, 15:03


Daarektarri Olaanaantuun Fandii Maallaqa Idil-addunyaa (IMF) Kiriistaaliinaa Joorjiiyevaan dura taa’aa boordii daayirektaroota Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa fi Ministira Maallaqaa Ahimad Shiidee, Pirezidaantii Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa Abbee Saanoo fi qondaaltota mootummaa olaanoo waliin waajjira muummee baankii keenyatti mari’atan.
#Ethiopia #banking #commercialbankofethiopia #IMF #business

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

08 Feb, 06:49


https://youtu.be/IFYW2a0ADow

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

04 Feb, 07:01


Baankiin daldalaa Itoophiyaa gamaggama raawwii hojii kan walakkaa waggaa 2024/25 guyyaa 2ffaa isaa itti fufee jira!
Har'a distiriiktoonni hanqinoota raawwii irratti isaan mudate ilaalchisee deebii kennaa jiru.
Baankiin daldalaa Itoophiyaa gamaggama raawwii hojii kana, har'a gara galgalaa kallattii fuula duraa kaa'uun, ni xumura jedhameet eegama.

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

04 Feb, 04:48


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Tuesday, 04 February 2025.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

03 Feb, 17:08


Ji’oota jaha keessatti karaa filannoo dijitaalaa CBE'n tiraanzaakshiniin raawwatame birrii tiriiliyoona 5.4 ol akka ta'e, baankiin daldalaa Itoophiyaa beeksise.
*

Addunyaa dijitaalaa kana keessatti dorgomtummaa gama kanaan jiru mo'achuuf, tajaajilli baankii hundi gara dijitaalaan ta'uu akka qabu, pirezidaantiin baankii daldalaa Itoophiyaa Abbee Saanoo beeksisan.
Akka gabaasni Pirezidaantii Ittaanaa dijitaal baankii obbo Wagaayyoo Gabramaariyaam dhiheessan agarsiisutti, walakkeessa waggaa 2017 tti, tiraanzaakshiniin karaa filannoo dijitaalaa raawwatame birrii tiriiliyoona 5.4 ol ta'uu ifoomsera.
Kunis lakkoofsa waliigalaa daldala baankichi gaggeessu keessaa tilmaamaan harka 80 bakka bu’a.
Raawwiin kun hawaasni filannoowwan dijitaalaatti haalaan fayyadamaa akka jiru kan agarsiisu yoo ta’u, bara darbe yeroo walfakkaatuun lakkoofsaan harka 80, maallaqaan ammoo harka 90 ol ta’uu ibsameera.
Dijitaal Itiyoophiyaa dhugoomsuudhaaf, tattaaffii akka biyyaatti taasifamaa jiru keessatti, Baankiin Daldalaa Itoophiyaa adda durummaan hojjachaa akka jiru ibsame.

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

25 Jan, 16:08


Baankiin Daldalaa Itoophiyaa invastaroota daldala al-ergii irratti hirmaatan kanneen Paarkii Indaastirii Hawaasaatti argaman waliin mari’ateera.
****
Kabaja ji'a Maamiltootaa sababeeffachuun, Baankii Daldalaa Itoophiyaatti, distiriiktiin Hawaasaa invastaroota biyya keessaa fi alaa kanneen paarkii idaastirii Hawaasaa keessatti argaman waliin mari'achuun warqaa ragaas kenneefi jira.
Marii waloo maamiltootaa fi qooda fudhattoota waliin taasifameen, maamiltoonni, baankii keenya waliin kan yeroo kamiyyuu caalaa walitti dhiyeenyaan hojjechuuf qophii ta'uu ibsan.
Baankiin keenya maamiltoota isaaf tajaajila olaanaa fi adda ta’e akka kennu beeksise

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

25 Jan, 08:02


Imala Hajjiif Karoorfattanii?
************
Baankiin Daldalaa Itoophiyaa, Mana Maree Ol’aanaa Dhimmoota Islaamaa Itoophiyaa waliin ta’uun, Hajjii bara 1446 ; Amajjii 15, 2017 irraa eegalee imaltootaaf tajaajila baankii saffisaan kennuu eegaleera.
Yoo Hajjii deemuuf karoorfattan koodii kaffaltii dijiitii saddeet /payment Code/ kan mana mareetti Hajjiif galmooftan qabattanii, gara baankii keenya dhuftan, foddaa tajaajila kanaaf qophaa’e irratti tajaajila saffisaa fi mijataa argattu.
Dameelee Baankii Daldalaa Itoophiyaa hundatti tajaajila ariifataa fi kabajaan imala keessan itti gammaddan isinii mijeessineerra.

Baankii Daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

25 Jan, 07:37


• Hojjattoota badhaafaman keessa tokko pirezidaantii Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa Abbee Saanoodha. https://youtu.be/nSapvMHec4U

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

25 Jan, 05:25


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Saturday, 25 January 2025.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

24 Jan, 13:42


Baankiin daldalaa Itoophiyaa fi mootummaan naannoo Giddu gala Itoophiyaa waliin hojjechuuf mari’atan.
======== 
Baankii daldalaa Itoophiyaatti Pirezidaantii ittaanaan riijinii kibba lixaa Obbo Mulunaa Lammaa fi pirezidaantiin mootummaa naannoo Giddu Gala Itoophiyaa Dr. Indashaaw Xaasoo, dhimmoota ijoo waliin hojjechuu danda’aan irratti mari’atan.
Dr. Indashaaw Xaasoo, naannichi gama bu’uuraalee misoomaa, qonnaa fi galteewwan qonnaatiin, fayya, barnootaa fi kanneen biroo irratti guddachuu fi babal'achuu waan barbaaduuf, BDI irraa tumsa barbaanna jedhan.
Naannoon Giddu Galaa Itoophiyaa dameewwan turiizimii, qonna, daldalaa fi invastimantiin qabeenya guddaa waan qabuuf, waliin yoo hojjenne faayidaa waliinii mirkaneessina jedhan.
Baankii daldalaa Itoophiyaatti pirezidaantii ittaanaan riijinii kibba lixaa Obbo Mulunaa Lammaa gamasaaniitin, mootummaan naannichaa gaaffiin waliin haa hojjannuu dhiheesse sirrii waan ta'eef, baankiinis kutannoo qabaachuu ibsan.
Distiriiktiin Hosanaa dhiheenyatti waan argamuuf, yeroo yeroo dhaan marii taasisuun gaaffilee uummataa deebisuuf akka hojjatu daayrektarri distiriiktii Hosanaa Obbo Misgaanaa lageetaa Girmaa eeraniiru.

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

24 Jan, 07:04


Hooggantoonni CBE NOOR hojiiwwan maamilootaa fi dameewwan CBE NOOR daawwatan.
**
Hooggansi waajjira muummee fi distiriiktii Buttaajiraa irraa walitti bahan hojiiwwan maamiltootaa fi dameewwan CBE NOOR daawwatan.
Kaayyoon daawwannaa kanaas itti quufinsa tajaajila maamilootaa fi hojiiwwan daldala isaanii fooyyessuuf akka ta’es himame.
Maamiltoonnis, dhiheessii faayinaansii baankii daldalaa Itoophiyaa irraa argataniin, hojii bu’a qabeessa ta’e hojjechaa akka jiran ibsaniiru.

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

23 Jan, 13:02


CBE NOOR har'a maamiloota isaa Buttaa jiraa waliin mari'ate.
***
Marii kana irratti baankiin daldalaa Itoophiyaa, yaadawwan maamiltoota isaa irraa ka’e, fudhatee tajaajila baankii fooyya’aa kennuun kaayyoo isaa yeroo hundaa ta’uu himame.
CBE NOOR maamoota isaa naannoo Giddu gala Itoophiyaa magaalaa Buttaa Jiraa jiraatan waliin mari'ate.
Hirmaattonni waltajjii kanaas dhimmoota liqii fi seera shari’aa fi kanneen biroo irratti yaada qaban kaasaniiru.
Pirezidaantii ittaanaan riijinii kibba lixaa BDI obbo Mulunaa lammaa
Yaadawwan ka'an fudhannee sadarkaa damee hanga waajjira muummeetti waliin hojjechuun furmaata ni kennina jedhan.
Daariktarri opireeshinii CBE NOOR Obbo Mahaammad Kadiir gamasaaniitiin, dhimma dhiheessa faayinaansii waliin wal-qabatee gaaffilee ka’aniif, sadarkaa magaalaa Finfinnee fi shaggaritti hojimaanni haraan hojiirra oolaa jira, gara kaanittis ni jalqabna jefhan.
Seera shari’aa irratti hawaasni hubannoon qabu jajjabeessaa ta’us, maamiloonni daran ofitti amanamummaa akka qabaataniif, barsiisuun barbaachisaadha kan jedhan immoo miseensa koree gorsaa dhimma shari’aa CBE NOOR Dr. Shee Mahaamad Zayiin Huseeni.

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

18 Jan, 10:18


Baga ayyaana cuuphaan isin gahe!
***
Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Kiristaanonni hundinuu baga ayyaana Cuuphaa geessan jechuun hawwii gaarii qabu isiniif ibsa!

Baankii daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!
#cbe #ethiopia #epiphany

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

18 Jan, 07:03


Mo'attoonni badhaasa isaanii fudhachaa jiru.
Carraan marsaa 5ffaa ifatti baheera.
POS fayyadamuun nama badhaasisa
*
**
Sagantaa badhaasaa Baankiin Daldalaa Itoophiyaan fayyadamtoota POS'f  ayyaana Qillee fi Cuuphaa sababeeffachuun qopheesse, warri abbaa carraa ta'an, badhaasa isaanii fudhachaa jiru.

Sagantaa badhaasa kanaan namoonni 315 birrii kuma 10 carraan ni badhaafamu.
Isinis POS fayyadamuun birrii 1,000 irraa jalqabdanii kaffaltiiwaan bittaa fi gurgurtaa adda addaa yoo raawwattan, abbaa carraa ta'uu dandeessu!

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

18 Jan, 07:00


Waltajjiin marii maamiltootaa magaalota Gondarii fi Asallaatti gaggeeffameera.
****
Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa waltajjii marii maamiltootaa magaalota hedduu keessatti gaggeessee jira.

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

18 Jan, 04:50


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Saturday, 18 January 2025
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

17 Jan, 13:21


Hooggantoonni olaanoon Baankii Daldalaa Itoophiyaa indaastiriiwwan maamilootaa fi dhaabbilee tajaajila kennan adda addaa magaalaa Maqaleetti argaman daawwatan.
Jilli kun kaleessa maamiloota baankii keenyaa Magaalaa Maqalee waliin mari'ateera.
Har'a ammoo indaastiriiwwanii fi dhaabbilee tajaajilaa adda addaa kan maamiloota isaa daawwateera.

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

07 Dec, 10:40


Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa fiigicha Guddaa (Ethiopian Great Run) waliin ta’uun dorgommii fiigichaa (ENTOTO PARK CBE RUN) jedhamu har'a Paarkii Enxooxootti gaggeeffame.
Dorgommii kiilomeetira 5 kana baankiin daldalaa Itoophiyaa ispoonsara ta’eera.
Dorgommiin kun ji'a ji'aan kan gaggeeffamu yoo ta'u, tikkeettiin immoo CBE Birr Plus' dhaan bitama.

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

07 Dec, 08:00


Iddoolee gabaa kamittii Kaffaltii keessan ‘POS’n raawwadhaa!
*****
kaardii keessan fayyadamuun Maashinoota  POS kan Baankii Daldalaa Itoophiyaatiin guyyaatti hanga birrii kuma 500tti kaffaltii raawwachuu dandeessu.
Tajaajilli dijitaalaa baankii keenyaa, bakka hunda isin waliin waan jiruuf, haala salphaan kaffaltii raawwachuu dandeessu.

Baankii daldalaa Itoophiyaa
baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

07 Dec, 04:45


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Saturday, 07 December 2024.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

06 Dec, 07:10


Boba’aa 'CBE Birr Plus'n salphaatti Guuttadhaa!
=====
Appilikeeshinii 'CBE Birr Plus' fayyadamuudhaan, Herrega CBE Birr ykn herrega baankii keessan walitti hidhuun kaffaltii boba'aa salphaatti raawwachuu dandeessu.
**
Appii 'CBE Birr Plus' amma Google Play ykn App Store seenuun install/update gochuu:-
• Bilbiloota Andirooyidiif : https://play.google.com/store/apps/details?id=prod.cbe.birr
• Bilbiloota Appiliif : https://apps.apple.com/us/app/cbebirr/id1600841787

#cbe #cbebirr #ethiopia #digitalbanking #banking #business #fuel #payment

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

06 Dec, 04:48


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Friday, 06 December 2024.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

05 Dec, 15:24


Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa yeroo sadaffaaf walitti aansuun injifannoo galmeesse.
***
Gareen kubbaa miilaa dubartootaa Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa garee kutaa magaalaa Qirqoos goolii 3 fi 0'n mo'achuun, yeroo 3ffaaf walitti aansuun injifateera.
Sagantaa Piriimiyerliigii Dubartoota Itiyoophiyaa torbee 7ffaa Tapha har'aa istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti sa'aatii 9:00 tti gaggeeffame kana irratti, Seenaaf Waqumaa,Tinbiit Saamu'eel fi Masaay Tamasgeen CBE'f goolii injifannoo galchaniiru.
Gareen kubbaa miilaa dubartootaa CBE taphoota sadan bara kana taphate hunda injifateera.

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

05 Dec, 05:34


Fiiguuf Qophooftanii?
********
Dorgommiin fiigichaa ji'a ji'aan paarkii Inxooxxotti gaggeeffamu kan Baankiin Daldalaa Itoophiyaa ispoonsara gochuun, ‘Ethiopian Great Run’ waliin qophaa'edha.
Dorgomichi (ENTOTO PARK CBE RUN) jechuun kan qophaa’e yoo ta’u, Sanbata dhufu Sadaasa 28 bara 2017 jalqabama.
Dorgommii irratti hirmaachuuf tikkeettii bakkuma jirtanii Appii CBE Birr Plus mini app kan jettuun kutachuu dandeessu!
******
Appii CBE Birr Plus install/update gochuuf liinkii armaan gadii fayyadamaa:
Bilbiloota Andirooyidiif:
https://play.google.com/store/apps/details?id=prod.cbe.birr
Bilbiloota Appiliif:
https://apps.apple.com/us/app/cbebirr/id1600841787
#cbe #cbebirr #cbebirrplus #ethiopia #greatethiopianrun #entotopark

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

05 Dec, 04:47


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Thursday, 05 December 2024.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

04 Dec, 11:13


‘CBE Birr Plus’n salphumatti Herrega keessan irraa kaffaltii raawwachuu dandeessu!
****
Al tokko qofa Damee isinitti dhihoo jiru dhaquudhaan, Herrega CBE Birr keessan herrega baankii idilee keessan waliin, Karaa appilikeeshinii CBE Birr Plus wal-qabsiisuudhaan;
• Kaffaltii Boba’aa raawwachuu;
• Maallaqa erguu;
• Tajaajilaaf kaffaltii raawwachuu;
• Meeshaalee bitachuu dandeessu.
****
Appilikeeshiniin CBE Birr Plus baay’ee fooyya'ee fayyadamuuf, salphaa fi mijataa ta’eera!
****
Google Play ykn App Store seenuun appii CBE Birr Plus amma buufadhaa
Bilbiloota Andirooyidiif: https://play.google.com/store/apps/details?id=prod.cbe.birr
Bilbiloota Appiliif: https://apps.apple.com/us/app/cbebirr/id1600841787
#cbe #cbebirr #cbebirrplus #ethiopia #digitalbanking #banking #business

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

04 Dec, 04:59


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Wednesday, 04 December 2024.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

03 Dec, 13:23


National Competitive #Bid
==========
Commercial Bank of Ethiopia invites interested and qualified bidders/suppliers for the supply of the following items (Bid No. 94/2024/25):

1. Ventilator/Fan (LOT-I)
1.1. Wall Mounted type 1100m3/hr (Qty. 79)
1.2. Wall Mounted (600m3/hr – 700m3/hr) (Qty. 46)

2. Ventilator/Fan (LOT-II)
2.1. Ceiling Fan (Qty. 40)
2.2. Floor Stand Fan (Qty. 1)
2.3. Table Fan (Qty. 2)

Interested bidders can get the full information on our website using the following link:
https://combanketh.et/cbeapi/uploads/Bid_94_f717c2fa49.pdf

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

03 Dec, 10:56


Kaffaltii Biiroo misoomaa fi bulchiinsa Lafa Magaalaa Finfinnee, moobaayil baankii CBE tiin salphaatti raawwachuu dandeessu!
#cbe #mobilebanking
https://t.me/combankethofficial/6860

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

03 Dec, 06:01


Herrega baankii idilee keessan ‘CBE Birr Plus’ waliin salphumatti fayyadamuu dandeessu!
****************
Al tokko qofa Damee isinitti dhihoo jiru dhaquudhaan, Herrega CBE Birr keessan herrega baankii idilee keessan waliin, Karaa appilikeeshinii CBE Birr Plus wal-qabsiisuudhaan;
• Kaffaltii Boba’aa raawwachuu;
• Maallaqa erguu;
• Tajaajilaaf kaffaltii raawwachuu;
• Meeshaalee bitachuu dandeessu.
********
Appilikeeshiniin CBE Birr Plus baay’ee fooyya'ee fayyadamuuf, salphaa fi mijataa ta’eera!
********
Google Play ykn App Store seenuun appii CBE Birr Plus amma buufadhaa
Bilbiloota Andirooyidiif: https://play.google.com/store/apps/details?id=prod.cbe.birr
Bilbiloota Appiliif: https://apps.apple.com/us/app/cbebirr/id1600841787
#cbe #cbebirr #cbebirrplus #ethiopia #digitalbanking #banking #business

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

03 Dec, 04:45


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Tuesday, 03 December 2024.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

02 Dec, 13:35


National Competitive #Bid
==========

Commercial Bank of Ethiopia invites interested and qualified bidders/suppliers for the supply of the following items:

1. Generator Set (250KVA) With ATS (Bid No. 91/2024/25).

Interested bidders can get the full information on our website using the following link:

https://combanketh.et/cbeapi/uploads/Generator_Bid_68bfe2b217.pdf

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

02 Dec, 11:16


Baankiin Daldala Itiyoophiyaa hojjettoota distiriiktota Boolee fi Qirqoosiif, kanneen leenjii irratti hirmaataniif beekamtii kenne.
**************
Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa bu’aa qabeessummaa baankichaa daran guddisuuf, yeroo yeroon hojjettoota isaaf, leenjii dhimmoota adda addaa irratti bal’inaan kennaa jira.
Sagantaa beekamtii waajjira muummee Baankii keenyatti gaggeeffamerratti, Daarektarri Misooma Humna Namaa Aadde Eyerusaalam Amahaa, leenjiin hojii irratti kenname kun, sirna leenjii baankichaa jijjiiruuf gahee olaanaa qaba jedhan.
Muuxannoo gaariin sagantaa leenjii hojii irratti kenname kana irraa argame, cimee akka itti fufu sirna beekamtii kennuu irratti ibsameera.

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

02 Dec, 10:41


https://youtu.be/hvYnJlIWt-U

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

02 Dec, 07:19


Tikkeettii balalii keessan salphaatti ‘CBE Mobile Banking’ dhaan kutadhaa!
********
Kaffaltii tikkeettii Daandii Xiyyaaraa Itoophiyaa ‘CBE Mobile Banking’ dhaan daangaa tokko malee raawwachuu dandeessu!
#cbe #digitalbanking #mobilebanking #banking #ethiopia #ethiopian
Appii Moobaayil Baankii CBE argachuuf:
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.combanketh.mobilebanking
• Android: https://play.google.com/store/apps/details?id=com.combanketh.mobilebanking
•IOS:https://apps.apple.com/us/app/cbe-mobile-banking-new/id1534203410#?platform=iphone

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

02 Dec, 04:55


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Monday, 02 December 2024.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

30 Nov, 13:58


Kaffaltii keessan ‘POS’n raawwadhaa!
*
kaardii keessan fayyadamuun Maashinoota  POS kan Baankii Daldalaa Itoophiyaatiin guyyaatti hanga birrii kuma 500tti kaffaltii raawwachuu dandeessu.
Tajaajilli dijitaalaa baankii keenyaa, bakka hunda isin waliin waan jiruuf,  haala salphaan kaffaltii raawwachuu dandeessu.

Baankii daldalaa Itoophiyaa
baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

30 Nov, 13:53


National Competitive #Bid
==========

Commercial Bank of Ethiopia invites interested and qualified bidders/suppliers for the purchase of the following goods/service:

1.  Construction Of CSOC Monitoring Room Facilities (Bid No. 96/2024/25).
Interested bidders can get the full information on our website using the following link:

https://combanketh.et/cbeapi/uploads/CSOC_file_7a493d0119.pdf

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

30 Nov, 07:10


Akkamitti kaardii malee ATM irraa maallaqa baasuu dandeessu?
#cbe #digital #digitalbanking #atm #cardless

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

18 Nov, 09:22


Kaffaltii kondominiyeemii keessan ‘CBE Birr Plus’n raawwadhaa!
****
Appiin CBE Birr Plus filannoo tajaajilaa kaffaltii kondominiyeemii keessan salphaatti akka raawwattan kan isin dandeessisu of keessaa qaba.
****
Appii CBE Birr Plus amma Google Play ykn App Store seenuun install/update gochuu:
Bilbiloota Andirooyidiif: https://play.google.com/store/apps/details?id=prod.cbe.birr
Bilbiloota Appiliif: https://apps.apple.com/us/app/cbebirr/id1600841787
#cbe #cbebirr #ethiopia #digitalbanking #banking #business #fuel #payment

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

18 Nov, 05:04


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Monday, 18 November 2024.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

16 Nov, 08:38


Kennaa dabalataa argadhaa!
*****
EthioDirect fi (#CashGo) dhaan biyya alaatii maallaqni yoo isinii ergame, sharafa guyyaa sanaatiin alatti kennaa argattu !

#cbe  #gift  #moneytransfer  #banking #ethiopia  #forex  #EthioDirect  #CashGo
****
-  Appilikeeshinii EthioDirect፡
•  Android:  https://play.google.com/store/apps/details?id=com.combanketh.ethiodirect
•  IOS፡  https://apps.apple.com/us/app/ethiodirect/id1602064491

- Appilikeeshinii CashGo
• Android: https://play.google.com/store/apps/details?id=com.bankofabyssinia.cashgo&hl=en&gl=US
• IOS: https://apps.apple.com/us/app/cashgo/id1559346306

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

16 Nov, 05:01


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Saturday, 16 November 2024.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

15 Nov, 11:02


Gamoon waajjira muummee Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa tajaajila haaraa kennuu eegaleera!
Viidiyoo armaan gadii irraa waa'ee tajaajila kanaa baradhaa!
Baankii daldalaa Itoophiyaa baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

15 Nov, 06:42


Tarii kaardii ATM keessan manatti dagattanii yoo baatanii fi yeroo muddamaadhaaf maallaqa barbaaddan maal gootu?
******
Furmaanni jira!
Tajaajila CBE Birr Plus Kaardii malee ATM irraa maallaqa baasuu dandeessisu isinii jira!
=======
Appii CBE Birr Plus install/update gochuuf liinkii armaan gadii fayyadamaa:
Bilbiloota Andirooyidiif: https://play.google.com/store/apps/details?id=prod.cbe.birr
Bilbiloota Appiliif: https://apps.apple.com/us/app/cbebirr/id1600841787

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

15 Nov, 04:48


Commercial Bank of Ethiopia
Exchange Rate Applicable for Friday, 15 November 2024.
For more information:
https://combanketh.et/en/exchange-rate
#exchangerate #CBE #commercialbankofethiopia #Birr #rate #currency #Ethiopia

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

14 Nov, 12:22


Fuula miidiyaalee hawaasaa Baankii Daldalaa Itoophiyaa sirrii ta'e hordofuudhaan maatii ta'aa!
********
Gowwoomsitoonni maqaa, asxaa fi halluu Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa fayyadamuun fuula miidiyaa hawaasaa sobaa banatan baay’ataniiru.
Kabajamtoota maamiltoota keenya fuula miidiyaa hawaasaa sirrii kan baankii keenyaa qofa hordofuudhaan, odeeffannoo sirrii fi wayitawaa argadhaa, gowwoomsitoota irraa of eegaa.
Fuulli miidiyaa hawaasaa kan baankii keenyaa isaan sirriin kunooti:
• Facebook (https://www.facebook.com/combanketh)
• Telegram (https://t.me/combankethofficial)
• Facebook Afan Oromo (https://www.facebook.com/BaankiiDaldalaItiyoophiyaa)
• Facebook CBE NOOR (https://www.facebook.com/cbenoor)
• Facebook Tigrigna (https://www.facebook.com/profile.php?id=100063784606106)
• YouTube (https://www.youtube.com/commercialbankofethiopia)
• LinkedIn (https://www.linkedin.com/company/commercialbankofethiopia)
• Twitter (https://twitter.com/combankethiopia)
• Telegram CBE NOOR (https://t.me/combankcbenoorofficial)
• Telegram Afan Oromo (https://t.me/baankii_daldala_itiyoophiyaa)
• Instagram (https://www.instagram.com/commercialbankofethiopia/)
• Tiktok (https://www.tiktok.com/@combankethiopia)

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

14 Nov, 07:36


Dorgommii kalaqa hojii kan Baankii Daldalaa Itoophiyaa irratti galmooftanii? **********************
Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa sagantaa TV Dorgommii kalaqa hojiif ispoonsara waan ta’eef ittiin moggaafame.
Dorgommiin kalaqa hojii “Naggaa diraas” kan Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa marsaa 4ffaaf galmeen gaggeeffamaa jira.
“Naggaa diraas” boqonnaa boqonnaatti birrii miiliyoona 1.8 ni badhaasa.
Warra isa dhumaa mo’ataniif immoo Birriin miiliyoonni 5 qophaa'ee jira.
Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa dorgomtoota shanan duraa keessaatti kanneen hammatamaniif, wabii malee liqii akka argataniif qopheesseefii jira
Galmaa'uuf liinkii kana fayyadamaa:
https://ebc.et/NegadrasRegistration.aspx
Galma’aa!
Dorgomaa!
Mo’adhaa!
Baankii Daldalaa Itoophiyaa
Baankii yoomiyyuu itti of Abdatan!

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

13 Nov, 12:37


‘CBE Birr Plus’n salphumatti Herrega keessan irraa kaffaltii raawwachuu dandeessu!
****
Al tokko qofa Damee isinitti dhihoo jiru dhaquudhaan, Herrega CBE Birr keessan herrega baankii idilee keessan waliin, Karaa appilikeeshinii CBE Birr Plus wal-qabsiisuudhaan;
• Kaffaltii Boba’aa raawwachuu;
• Maallaqa erguu;
• Tajaajilaaf kaffaltii raawwachuu;
• Meeshaalee bitachuu dandeessu.
****
Appilikeeshiniin CBE Birr Plus baay’ee fooyya'ee fayyadamuuf, salphaa fi mijataa ta’eera!
****
Google Play ykn App Store seenuun appii CBE Birr Plus amma buufadhaa
Bilbiloota Andirooyidiif: https://play.google.com/store/apps/details?id=prod.cbe.birr
Bilbiloota Appiliif: https://apps.apple.com/us/app/cbebirr/id1600841787
#cbe #cbebirr #cbebirrplus #ethiopia #digitalbanking #banking #business