Burqa Crypto

@burqacrypto360


Burqa Crypto

22 Oct, 16:36


๐Ÿ–ฅ NFT Voucher kan qabdanif

X Empire NFT Voucher gaara Token
$X ti jijjirun jaqabe Jira.

Convert Gochuuf Step gubbaa irra jiru hordofa.

Step 1 fi 2 Screenshot irraa ilaala.

Step 3ffaa Address inni isiniif kenne irratti NFT sana iddoo qabdan iraa Send gotu. (Fee 0.016 Ton)

@BurqaCrypto360
@BurqaCrypto360

Burqa Crypto

22 Oct, 16:32


๐Ÿ’ปTAJAJIILOTA HUNDAA NU BIRATTI SAFIISAAN ARAGATTU.๐Ÿ“

๐Ÿ” ๐Ÿ” ๐Ÿ” โ˜‘

๐Ÿ” ๐Ÿ” ๐Ÿ” ๐Ÿ” ๐Ÿ” โ˜‘

๐Ÿ” ๐Ÿ” ๐Ÿ” ๐Ÿ” โ˜‘

โžก๏ธNAMONNII HMSTR FI USDT GURGURUU BARABDDAN SAFIISAAN GARA QARSHIITTI ISIINF JIJJIIRRAA.โ˜‘๏ธ

โžก๏ธMAAL KANA QOFAA NAMONNII PREMIUM TELEGRAM START FI TON BITACHUU BARABDDAN NU BIRAA ARAGATTUโ˜‘๏ธ

โœ”๏ธNAMONNII TAJAJIILOTA KANNEEN BARABDDAN USERNAME ASI GADII KANAN KESSAN NUU QUNNAMAA.โ€ผ๏ธ

  ๐Ÿ“@LATOMISโ˜‘

 
๐Ÿ“@DIYIKA98 โ˜‘

Burqa Crypto

22 Oct, 13:38


Jijjiirama Maallaqaa

Jijjiirama maallaqaa hubachuun eessaa akka dhufnee fi garamitti akka deemnu hubachuuf murteessaadha:

1. Jijjiirraa: Bifa daldalaa isa jalqabaa, meeshaalee fi tajaajiloota kallattiin wal jijjiiruu.

2. Warqee: Meeshaa jijjiirraa addunyaa maraan fudhatama qabu jalqabuu.

3. Fiat: Maallaqa mootummaan baasu, meeshaa qaamaan argamuun osoo hin taane imaanaadhaan kan deeggaramee ittiin bitamee gurguramudha

Gara fuulduraatti๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ
4. Kiriiptoo: Warraaqsa isa haaraa, maallaqa dijitaalaa giddugaleessa hin taane teeknooloojii bilookicheenii fayyadamuun bitnee kan gurgurrudha

@BurqaCrypto360
@BurqaCrypto360

Burqa Crypto

22 Oct, 12:00


Guys airdrop kana amma eegalu qabdu.

An airdrop real ta'e qofan isinitti hima ture ammas jira.

Airdrop kun kan tonkeeper'n eegalchisedha.
Namoonni heddun wan hin eegalinif amma dafaa eegala gara fulduraatti hojicha cimsu danda'u wan ta'ef...

Akkaatan hojii isaas akkuma suura ol irraa argitan second 30f gadi qabaa turtu 0.1 USDT isinif Kenna haluma kanaan hojjettu.

As tuqaa eegalaa๐Ÿ‘‡
https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=2004249062

https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=2004249062

Burqa Crypto

22 Oct, 11:21


GOOD NEWS ๐Ÿฅณ FROM $MEMEFI

OFFICIALLY ANNOUNCED TO KUCOIN.


@BurqaCrypto360
@BurqaCrypto360

Burqa Crypto

22 Oct, 02:46


Major daily combo for 22 october๐ŸŒŸ

(PRE-MARKET PRICE : 0.03 ) just for your motivation

Burqa Crypto

21 Oct, 18:06


#xempire

Hanga ammaatti exchange armaan gadii irratti akka tarreeffamu mirkanaa'eera.

โœ…OKX
โœ…Gate.IO
โœ…Bitget
โœ…Bybit
โœ…Wallet
โœ…kucoin
โœ…MEXC
โœ…BING X

@BurqaCrypto360
@BurqaCrypto360

Burqa Crypto

21 Oct, 17:06


๐Ÿ“ข๐Ÿ“ข๐Ÿ“ข๐Ÿ“ข๐Ÿ“ข๐Ÿ“ข

#Aaga_Dhaga'aa

๐Ÿง‘โ€๐ŸŽ“ MATII CHANNEL KENYAA ๐ŸŽ‰

๐ŸŸก Miidiyaan โœˆ๏ธ @lato_tech qarshii tokkollee hin baasin karaa ittiin kaardii gutachu dandeessan isiniif qopheessee xumureera.

โ–ถ๏ธ Miidiyichi kana xiyyeeffannoo itti kennuun kan hojjateef barattoonni baay'een sababa kaardii dhabuutiin bilbila bilbiluu, interneetii fayyadamuufi beekumsa argachuu qabanu dhabaa waan jiraniifi.

โ–ถ๏ธ Maarree haalli mijataan kun barattoota irratti xiyyeeffatee kan hojjatame ta'us namni kamuu fayyadamuu danda'a.

โ–ถ๏ธ Kana booda kaardii maalinan bitadha, liqii teelee irraa liqeeffadha jechuu hambisuu keenyaaf gammachuu guddaatu nutti dhaga'amaa

โค๏ธKANA MALEES

๐Ÿ‘‘ ORO AIRDROP HUNTERS ๐Ÿ‘‘

โšก๏ธChannel jalqaba Afan Oromo odeeffannoo Airdrop fi Combo(Airdropif waan barbachisaan kamiyyuu) Saffisaan isin biran ga'uf qophii xumuree jira.

โœ… Kan adda nu godhuu!

โญ๏ธ Channel kana irratti Airdrop Soba kam iyyuu hin argatan.

โญ๏ธ Airdrop Orginal ta'an sirriitti adda baasun isin biran genya isiniis iraa fayyadamo tatu.

โญ๏ธ Odeeffannoo saffisaan isin biran ga'u kenyaa!

Marre isaanis Channel kanati makamuun Online Qarshii hojjecha hubbano Airdropis Argadha.

Hojjidhan Argisisna! โญ๏ธ

๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค๐Ÿ”ค

๐ŸŒ https://t.me/lato_tech
๐ŸŒ https://t.me/lato_tech
๐ŸŒ https://t.me/lato_tech

Burqa Crypto

21 Oct, 16:21


๐Ÿค‘BLUM NEW TASK AVAILABLEโญ๏ธ

โžฎ CODE
๐Ÿ‘‰ ULTRABLUM

โœˆ๏ธ@BurqaCrypto360
โœˆ๏ธ@BurqaCrypto360

Burqa Crypto

21 Oct, 10:54


๐ŸšฉX Empire Countdown on OKXโšช๏ธ

@BurqaCrypto360
@BurqaCrypto360

Burqa Crypto

21 Oct, 08:34


Guys lucky draw master sirritti kaffalaa jira !

Yeroo lammaffaf withdraw godheera

Guyyaa listing hin eeggatu amma hojjettan baafattu.

Bot Amanamaadha utuu namni baayyeen hin barin dafaatii eegalaa

Jalqabuuf ๐Ÿ‘‰ https://t.me/LuckyDrawMasterBot/app?startapp=Y2g9a1FqOXh2SFI3RyZnPXNwJmw9a1FqOXh2SFI3RyZzbz1TaGFyZSZ1PTUyMjc5NzEzMTY=



@BurqaCrypto360
@BurqaCrypto360

Burqa Crypto

21 Oct, 07:45


โš ๏ธ Guys Major namoota shakkii irraa qabu bifa kanaan ban gochaa jira maatii keenya yoo Major irratti wanti akkanaa kun siniif dhufe ban godhamtan jechuudha

โš ๏ธ Telegram app tokko irratti namoonni account 2 fi 3 isaa oliin taphachaa jirtan of eeggannoo guddaa godhaa waan hojjattattan akka qilee hin buusne

@BurqaCrypto360
@BurqaCrypto360

Burqa Crypto

21 Oct, 02:35


Major daily combo for 21 october๐ŸŒŸ

(PRE-MARKET PRICE : 0.03 ) just for your motivation

Burqa Crypto

21 Oct, 02:32


Hrum Quote

Quote -
Mark Twain

Burqa Crypto

20 Oct, 16:13


๐Ÿ’ปTAJAJIILOTA HUNDAA NU BIRATTI SAFIISAAN ARAGATTU.๐Ÿ“

๐Ÿ” ๐Ÿ” ๐Ÿ” โ˜‘

๐Ÿ” ๐Ÿ” ๐Ÿ” ๐Ÿ” ๐Ÿ” โ˜‘

๐Ÿ” ๐Ÿ” ๐Ÿ” ๐Ÿ” โ˜‘

โžก๏ธNAMONNII HMSTR FI USDT GURGURUU BARABDDAN SAFIISAAN GARA QARSHIITTI ISIINF JIJJIIRRAA.โ˜‘๏ธ

โžก๏ธMAAL KANA QOFAA NAMONNII PREMIUM TELEGRAM START FI TON BITACHUU BARABDDAN NU BIRAA ARAGATTUโ˜‘๏ธ

โœ”๏ธNAMONNII TAJAJIILOTA KANNEEN BARABDDAN USERNAME ASI GADII KANAN KESSAN NUU QUNNAMAA.โ€ผ๏ธ

  ๐Ÿ“@LATOMISโ˜‘

 
๐Ÿ“@DIYIKA98 โ˜‘

Burqa Crypto

20 Oct, 15:22


#MOONBIX

Akka amma Jedhamee jirutti User Moonbix kan tahe hunduu qabxii Sana argachuudhaaf Binance Waliin walitti hidhuu qaba!

Warree binance qabdan garuu hanga ammaa Walitti hin hidhin jirtan yeroon keessan amma dha

Warri binance hin qabne binance nama biroo yoo argattan itti hidhaa..garuu tasumaa binance 1 irratti account 2 hin godhinaa!


@BurqaCrypto360
@BurqaCrypto360

Burqa Crypto

20 Oct, 07:39


X empire akka himanitti namoota $X On chain irratti hold godhaniif Token $HRUM 100M akka kennu himani jiru

Garuu kan Hold tahuu qabu on chain fkn Tonkeeper irratti yoo taheedha.

Airdrop $HRUM kun kan launch tahe akkuma $X walfakkaata yoo tahuu yeroo dhihoo keessatti beekamtii guddaa arkateera.

Carraa kanatti fayyadamuun namoonni $HRUM hin eegaliin eegaluu dandessuu
Guyya Guyyaan Quest task isaa kan post goonu taha.

Eegaluuf...

Burqa Crypto

20 Oct, 07:38


HRUM Quote of the Day
Answer: Martin Luther King

15,676

subscribers

1,054

photos

72

videos