Burqaa Ispoortii

@burqaaispoortii


Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Burqaa Ispoortii (Amharic)

Burqaa Ispoortii ነው አማርኛ በተለያዩ የጊሩ እና የኢትዮጵያ እናቶችን ተጠቃሚዎች እና እስቲፍኖችን በመቀጠል ያግኙ። እንዴት እንቆይ? ምን ነው? Burqaa Ispoortii ተጠቃሚ እና ማህበረሰብ ፈጣን ተመልከቱ። ከዚህ በፊት እናቶቹ ያገኛሉ፣ ወደአባል እና ተቋም ለማቅረብ ይኖራሉ። የድሮውም አዳዲስ ዓዋቶችን ከተመለከተው ይቅርብታል። በዚህ ቦታ በዚህ ክልል አንዲት ቦታዊ መግዛት የሚለው ባለፉት ነገሮችን ይናገራሉ። የተከፈተበት ሆኖ የአማርኛ አገር ዜናዎችን ለዩናይት። ይህን ልንጠራቁት - @burqaaispoortii

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:26


⚽️Deeviid Orenstin akka gabaasetti Peep Gaardiyoolan waligaltee Maanchister Siitii waliin qabu waggaa tokkoon dheeressuuf carraa guddaa qaba.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:26


⚽️Taphataan sarara gidduu Maanchister Siitii Keeviin Debruyneen gara shaakala deebi'uun isaa gabaafameera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:26


Badhaasa baaloondoorii eenyu akka injifatu beekamuuf torban 1 qofatu hafe.

Eenyutu injifata jettanii yaaddu?


Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:26


🇪🇺Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa har'a taphatamu.


01:45 🔰 Monaakoo Kravena Zevezda waliin
01:45 🔰 AC Milaan Kilaab Biruuj waliin

04:00 🔰 Arsenaal Shaakatar waliin
04:00 🔰 Juveentus Stuutgaart waliin
04:00 🔰 Strum Graz Spirting waliin
04:00 🔰 Riyaal Maadriid  Dortumand waliin
04:00 🔰 PSG PSV waliin
04:00 🔰 Jiroonaa Biraslaviyaa waliin
04:00 🔰 Astonvilaa Boolonyaa waliin


Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:26


Dooktar Abiyyi Ahimad Itoophiyaan Waancaa Afrikaa 37ffaa bara Fananjootaa 2029 gaggeeffamu akka qopheessitu carraan akka kennamuuf gaafatan.

Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa 37ffaa bara Fananjootaa 2029 gaggeeffamu akka qopheessitu carraan akka kennamuuf gaafataniiru.

Dooktar Abiyyi Pireezidaantii Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa Dooktar Paatiriis Mootiseeppee, Pireezidaantii Waldaa Kubbaa Miilaa Addunyaa Jiyaanii Viincheenzoo Infaantiinoo fi hoggantoota olaanoo koree hojii raawwachiiftuu Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afirkaa Masaraa Mootummaatti Irbaata Affeeraniiru.

Taphattoonni urjiin Kubbaa Afrikaas sagantaa kanarratti argamaniiru.

Dooktar Abiy Ahimad Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa 37ffaa bara Fananjootaa 2029 akka qopheessitu carraan akka kennamuuf ifatti gaafataniiru.

Itoophiyaan Waancicha qopheessuuf dandeettis qophummaas qabaachuu hubachiisaniiru.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @BurqaaIspoortii

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:26


🏆Gabateen sadarkaa Shaampiyoons Liigii Awurooppaa 1-24 jiru kana fakaata.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:25


🏆Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa torbee kana taphatamu.

💠Kibxata
01:45 🔰 Monaakoo Kravena Zevezda waliin
01:45 🔰 AC Milaan Kilaab Biruuj waliin

04:00 🔰 Arsenaal Shaakatar waliin
04:00 🔰 Juveentus Stuutgaart waliin
04:00 🔰 Strum Graz Spirting waliin
04:00 🔰 Riyaal Maadriid  Dortumand waliin
04:00 🔰 PSG PSV waliin
04:00 🔰 Jiroonaa Biraslaviyaa waliin
04:00 🔰 Astonvilaa Boolonyaa waliin

💠Roobii
01:45 🔰 Atlaantaa Seeltiik waliin
01:45 🔰 Bireest Livarkuuseen waliin

04:00 🔰 RB Lepziing Livarpuul waliin
04:00 🔰 Maan Siitii Sparta Prah waliin
04:00 🔰 Baarseloonaa Baayer Muniik waliin
04:00 🔰 Atleetikoo Maadriid Liil waliin
04:00 🔰 Saalizbarg Daynamoo Zagireeb waliin
04:00 🔰 Benefikaa Feynoord waliin
04:00 🔰 Yaang Booyis Inter Miilaan waliin

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:25


🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿Livarpuul waligaltee Vaarjiil Vaandaayik dheeressuuf marii eegalaniiru. Waligalteen Vandaayik Livarpuul waliin qabu dhuma bara dorgommii kanaa iratti goolabama.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:25


🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿Moo Saalaa kilaboota gurguddaa jahan jedhamuun beekkaman iratti lakkofsa qabu.

🇬🇧Maan Yunaayitid iratti
✔️Goolii 12
✔️Assisti 6

🇬🇧Arsenaal iratti
✔️Goolii 10
✔️Assisti 2

🇬🇧Tootenhaam iratti
✔️Goolii 9
✔️Assisti 2

🇬🇧Maan Siitii iratti
✔️Goolii 7
✔️Assisti 4

🇬🇧Cheelsii iratti
✔️Goolii 5
✔️Assisti 3

Walumaagalatti goolii 60 iratti kallattiin hirmaatera👏

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:25


🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿Bukaayoo Saakaan tapha Shaampiyoons Liigii Awurooppaa boru Arsenaal Shaakataar waliin taasisuuf gahu mala jechuun Arteetan dubateera.

🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿Gama biraan Maartiin Odegaard haala gaariin damdamachaa kan jiru yoo ta'u taphaaf qophii miti.

Dabalataan Juriyaan Timbeer garee jalqabaa waliin shaakala kan hin eegalle yoo ta'u yeroo dhiyootti gara dirree akka deebi'u nii eeggama.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:25


🇬🇧Livarpuul bara dorgommii kana Piriimeer Liigii Inglaand iratti goolii 3 qofatu iratti lakkaawame.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:24


⚽️Veenishees Juuneer badhaasa Baaloondoorii bara kanaa akka injifate gabaafamaa jira. Sirni badhaasa Wiixata dhufu kan raawatamu ta'a.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii

♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:24


🤍Riyaal Maadriid taphoota Laaliigaa Ispeen 42 darban hin injifatamne.🔥👀

42 GAMES UNBEATEN

🤍🤍🤍🤍🤍🤍🤍🤍

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii

♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:24


⚽️Gabatee sadarkaa Seeriyaa Itaalii

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:24


⚽️Gabatee sadarkaa Bondasliiga Jaarman

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:24


⚽️Gabatee sadarkaa Liigii A Faransaay

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:24


⚽️Gabatee sadarkaa Laaliigaa Ispeen

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:24


⚽️Gabatee sadarkaa Piriimeer Liigii Inglaand

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:24


Taphoota kaleessa taasifaman !

Taphoota Piriimer Liigii Inglaand

Woolvis 1-2 Maanchistar Siitii
Liivarpuul 2-1 Cheelsii

💠 Taphoota Laaligaa Ispeen

Maayoorkaa Raayoo 1-0 Vaayikaanoo
Atleetikoo Maadriid 3-1 Leeganes
Viiyaariyaal 1-1 Geetaafee
Baarseloonaa 5-1 Siiviiyaa

💠 Taphoota Bundasliigaa Jarman

Hoolisteeyin kiil 0-2 Yuniyeen Barliin
Woolfsbarg 2-4 Werderbireman

💠 Taphoota Liigii Faransaay

La Haavree 0-4 Liyoon
Akzhiree 2-1 Reems
Naantes 1-1 Niis
Tuuluuz 1-1 Angeers
Monpeelee 0-5 Maarsee

💠 Taphoota Xaaliyaan Seeri A

Impoolii 0-1 Naapolii
Liichee 0-6 Fiyoorentiinaa
Veenziyaa 0-2 Atalaantaa
Kaagilaarii 3-2 Tooriinoo
Roomaa 0-1 Inter Miilaan

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:24


✅️Viiniishiyes Juuniyeer taphoota Laaliigaa Ispeen 6n darban irratti :

🆚 Celta Vigo ⚽️
🆚 Villarreal ⚽️
🆚 Atletico Madrid 🅰
🆚Alaves 🅰
🆚 Español 🅰⚽️
🆚 Real Sociedad 🅰

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii

♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:23


Liyooneel Meesiin seenaa kilaba Inter Miyaamii keessatti taphataa goolii hedduu galche tahu danda'eera.

NEW RECORD GOAT🐐

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:23


Inter Miiyaamiin osoo Meesiin kilabichatti hin makamin dura liigii isaanii keessatti sadarkaa xumuraa irra turan.

Erga Meesiin dhufe booda garuu amma Shaampiyoonii Meejar Liigii Ameerikaa tahu danda'aniiru.

GOAT EFFECT🐐🔥

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:23


Gooliiwwan sadan Meesiin lakkoofsise ilaaluf 👇

https://t.me/BurqaaVidiyoo

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:23


Liyooneel Meesiin seenaa kubbaa miilaa keessatti taphataa peenalitii malee goolii hedduu lakkoofsiseedha.(740)

THE GOAT🐐🐐

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:23


Tapha torbee xumuraa Meejer Liigii Soccer halkan kana taasifamen Inter Miyaamiin goolii 6 fi 2'n Niiw Ingilaand injifachuun abbaa geebaa tahu danda'aniiru.

Taphicha irratti Liyooneel Meesiin jijjiramee seenun daqiiqaa 10 kessatti hatirikii hojjechuu danda'eera.😤🔥

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:23


Taphoota har'a taphataman !

Taphoota Piriimer Liigii Inglaand

10:00🔰 Woolvis Maanchistar Siitii waliin
12:30🔰 Liivarpuul Cheelsii waliin

💠 Taphoota Ispeen Laaligaa 

09:00🔰Maayoorkaa Rio Volkaanoo waliin
11:15 🔰 Atleetikoo Maadriid fi Leeganes waliin
01:30🔰 Viiyaariyaal Geetaafee waliin 
04:00🔰Baarseloonaa fi Seeviiyaa waliin

💠 Taphoota Jarman Bondasliigaa 

10:30🔰Hoolsteeyn keen Yuuniyenbarliin
01:30🔰 Woolfsbarg Werderbreman waliin

💠 Taphoota Liigii Faransaay

09:00🔰 La Haavree Liyoon waliin
12:00🔰 Akzhiree  Reeyms waliin
12:00🔰 Naantes Niise waliin
12:00🔰 Tooluus Angers waliin
03:45🔰 Monpeellee Maarseey waliin

💠 Taphoota Xaaliyaan Seeri A

08:30🔰Empoolii fi Naapolii waliin
10:00🔰Liichee Fiyoorentiinaa waliin
10:00🔰Veenziyaa Atalaantaa waliin
01:00🔰Kaagli'aarii Tooriinoo waliin
03:45🔰Roomaa Inter waliin

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:22


Piriimer liigii irratti kilabiin hanga ammaa hin mo'amne Maanchistar Siitii qofadha.

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:22


Gaaffilee guyyaa guyyaan beekumsa kubbaa miilaa keessan guddisu fi hangam akka waa'ee kubbaa miilaa beektu bakka ittiin of qormaattu #FootballQuiz @Gaaffilee_Ispoortii 🤓⚽️📲 Amuma Join Godhaa 👇

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:22


Arsenaal dorgommii hunda irratti yeroo jalqabaaf har'a Baarnmaawuziin mo'ameera.

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:22


🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿󐁿Tapha Pirimer Liigii Ingilaand torbee 8ffaa.

              Xumurame

Baarnmaawuz 2-0 Arsenaal
#Kriistii
#Klaayvert

Saaliibaa #Redcard 30'

Dirree 🏟 Vaaytaaliti Istaadiyeem

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:22


Xumurameeera

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:22


Daqiiqaa 2tu hafe

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:22


Arsenaal 😭😭😭

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:22


Arsenaal goolii galchuu barbaada

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:22


Daqiiqaa 5 dabalameera

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:22


Baarnmaawuz jalaa deebisaniiru

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:22


Raaaaaaaaaaaaaaaays

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:22


Rukuttaa rogaa Arsenaaliif

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:22


Taphichi xumuramuuf jedha

Burqaa Ispoortii

21 Jan, 00:22


Yaalii goolii

Baarnmaawuz 13
Arsenaal 6