BBC Afaan Oromoo Official

@bbc_afaan_oromoo


Oduu - BBC News Afaan Oromoo

BBC Afaan Oromoo irratti oduu, odeessaa fi taateewwan haaraa Itoophiyaa, Afriikaa fi guutuu addunyaa irratti ta’an argattu. Yeroo mara waan haaraa jiru baruuf gara keenya koo

BBC Afaan Oromoo Official (Afaan Oromoo)

BBC Afaan Oromoo Official kan maqaa Afaan Oromoo irraa argamtanii jiru. Kan yeroo mara waan haaraa jiru baruuf gara keenya koo, BBC Afaan Oromoo irratti oduu, odeessaa fi taateewwan haaraa Itoophiyaa, Afriikaa fi guutuu addunyaa irratti ta'an argattu. Channel kan keessatti adeemsa BBC News Afaan Oromoo jedhuun yeroo mara kanatti argamuuf tajaajiluu danda'u. BBC Afaan Oromoo Official jedhu, oduu fi gaaffii uummata Oromoo keessatti dabalate. Kanaafis, maalif akka ta'uu hubachuun beekumsa keenya dhiira kaanirra fudhachuu danda'u. BBC Afaan Oromoo Official maraaf oduu fi oduu kana keessaa kan argame kan gonkamaafte. Kan jedhuun maqaa Afaan Oromoo fi oduun kanatti dhiirri keenya kabajamuu argame. BBC Afaan Oromoo Official irratti oduu tokko tokko sirna qabsoo Oromoo keessaa dhiira irratti kabajanii jiru. Kanaafis, kan channelitti akka qabsoo gaggeessuuf danda'a jedhu osoo hin taane, kanaf BBC Afaan Oromoo irraa kan yeroo mara qabsoo keessaa kabajamee guddisuun danda'u.

BBC Afaan Oromoo Official

22 Oct, 09:43


Tujjaarri Addunyaa Elon Maski Rippabilikaanota bakka bu’uun duula filannoo taasisa jira. Hanga yoonattis yoo xiqqaate doolaara miiliyoona 75 arjoomeera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/iEmubaC

BBC Afaan Oromoo Official

22 Oct, 08:43


Pirezidant Putiin torbee kana keessa magaalaa Kazan keessatti dureewwan biyyoota 20 caalanii simateera.Aanga'oonni kunneen kora diinagdee biyyoota guddtaa jiranii jajjabeessu- Bricx summit irratti hirmaachuuf wayita gara Raashiyaa imalanittidha kan isaan Putiin wal argan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/ZJRlfdu

BBC Afaan Oromoo Official

22 Oct, 06:43


Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itoophiyaa (Waaliyaa) Waancaa Afrikaa bara 2025 irratti hirmachuuf taphoota ramaddii jaha taphatu keessaa afur taphatee qabxii tokkoon ramaddisaa keessaa dhumarra jira.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/GyihmdL

BBC Afaan Oromoo Official

22 Oct, 06:43


BBC'n hariiroo amantii fi siyaasa addunyaa gidduu jiru hubachuuf daawwannaa taasiseera. Tiraamp Ameerikaa bulchuuf kan Waaqaan ergame jedhanii kanneen amanan akka jiran beektuu?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/uqvmerH

BBC Afaan Oromoo Official

22 Oct, 06:43


Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itoophiyaa (Waaliyaa) Waancaa Afrikaa bara 2025 irratti hirmachuuf taphoota ramaddii jaha taphatu keessaa afur taphatee qabxii tokkoon ramaddisaa keessaa dhumarra jira.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/GyihmdL

BBC Afaan Oromoo Official

22 Oct, 04:43


Ministeerri Fayyaa Libaanos haleellaa Israa'el qilleensarraan Hospitaala kibba magaalaa Beeruutitti argamurratti raawwatteen daa'imman dabalatee namoonni afur ajjeefaman jedhe. Haleellan Israa'el kun Hospitaala Yunivarsitii Hariirii rukutuu maddeen Rooyitarsitti himaniiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/gBuG98L

BBC Afaan Oromoo Official

21 Oct, 11:43


Akka namaatti yaaduun kan dhabame fakkaata. Hoggantoonni dandeettii qabu jedhaman dabalate nu ilala homaa nu hin raawwanne.Ahimad Al-daaluu amantaasaa akkana. Maatiinsaa yoo ibiddaan gubatan argeera. Suuraansaa kunis yoomiiyyuu kan sammuusaa keessaa badu hin fakkaatu.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/7hIcHDA

BBC Afaan Oromoo Official

21 Oct, 08:43


Ameerikaan iccitii karoora Israa'el Iraan haleeluuf qabdu akkamitti miliqee akka bahe qoratan jira jette

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/lRc3CxN

BBC Afaan Oromoo Official

21 Oct, 08:43


Liiverpuul gabatee Piriimer Liigii dursuu jalqabe, Arsenaal mo'ame. Maanchister Siitii fi Yuunaayitid mo'atan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YlyI4rm

BBC Afaan Oromoo Official

21 Oct, 08:43


Liiverpuul gabatee Piriimer Liigii dursuu jalqabe, Arsenaal mo'ame. Maanchister Siitii fi Yuunaayitid mo'atan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YlyI4rm

BBC Afaan Oromoo Official

21 Oct, 07:43


Wayita Israa’el iddoowwan faayinaansii Hizbullaah rukutuuf dhaadataa jirtutti, dho'insi guddaan Libaanos keessatti dhaga’ame.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Gn08lLQ

BBC Afaan Oromoo Official

21 Oct, 05:43


Namoonni dhugaatii alkoolii Itoophiyaa irraa gara Somaaliyaatti daldalan aarsaa lubbuu kaffalaa jiru. Du'a ofitti murun jireenya mo'achuuf daldalaa jiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/oQYgLFZ

BBC Afaan Oromoo Official

21 Oct, 05:43


Israa’el itti gaafatamaa biiroo siyaasaa Hamaas, Yaahyaa Sinwaar ajjeesuun hordofee yaadawwan garaagaraatuu kaaaseera. Kunis ‘gootaa fi wareegama’ jechuun kan jajanii kaasee hanga Israa’el kan dursaa haleellaa Onkoloolessa 7 dhabamsiisuu isheetti gammaduu gaha.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/cagZ1t7

BBC Afaan Oromoo Official

21 Oct, 05:43


Waa’ee umurii ilaalchisee qoosaa hedduu dhageessaniittu ta’a. Baacoo yeroo tokko dhiyaate isin yaadachiisuun umurii sirrii himachuu dhiisuun hangam akka hawaasa keessatti baramaa ta’eefi ‘muka qoosaas ta’e’ isinitti himna.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Fqp4NLI

BBC Afaan Oromoo Official

20 Oct, 12:43


Pirezidaantiin duraanii US Doonaald Tiraamp filannoo injifachuun gara aangotti yoo deebi'an, pirezidaantii Chaayinaa Shii Jinping ''cimaa" ta'uu isaa waan beekuuf akka isa hin qorre dubbatan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Mq3xPZR

BBC Afaan Oromoo Official

20 Oct, 11:43


Haleellaa Oromiyaa Godina Shawaa Lixaa Aanaa Jalduutti raawwate jedhameen abbaa fi ilma dabalatee, namoonni miseensoota milishaa gabdoota garaa garaa ta’un himame 18 hidhattoota Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO)n ajjeefamuu miseensoonni maatiin miidhamtootaa BBC’tti himan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/NJT1M7z

BBC Afaan Oromoo Official

20 Oct, 08:43


Haleellaan dirooniin mana dhuunfaa Ministira muummee Israa'el Beeniyaamin Netaaniyaahuu irratti raawwatame.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/DWxXNL7

BBC Afaan Oromoo Official

20 Oct, 08:43


Kaleessa dirree Barnimooz irratti taphataan sarara ittisaa isaa Wiiliyaam Saliibaa boqonnaa dura kaardii diiman jalaa bahe. Saliibaan erga tapha eegalee kaardii diimaa arguunsaa yeroo jalqabaafi.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9b8SCHU

BBC Afaan Oromoo Official

20 Oct, 07:43


Baqataan Gaazaa tokko manni Yahiya Sinwar keessatti ajjeefame kan isaa ta'uu hime

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/jNTCkYm

BBC Afaan Oromoo Official

20 Oct, 06:43


Bittaa gurgurtaa akkasumas maallaqa nama tokkorraa gara nama biraatti dabarsuuf malli dijitaalaa addunyaa irratti waan bubbule ta’ulleen Itoophiyaatti tajaajilichi guddachuu kan eegale waggoota lamaan asitti.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/601fetj